Keessummaa Mo'aa - Turtii Faar. Altayeech Galataa waliin taasifame

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 479

  • @TolaKorjo
    @TolaKorjo2 ай бұрын

    waaqayyoo sii fayyiseera! Ameen waaqayyoof galanni haa ta'u

  • @dhagaagoleetube7621
    @dhagaagoleetube76212 жыл бұрын

    Maloo yoo sinif dandaa. amee lakkofsa ishee naf ergaa pilis jabdukoo aniyyuu farfana ken amane galana heduu darbera atii gargaramu qabda dhugaa 😭😭😍😍😍😍

  • @mariya2dhiyesa376

    @mariya2dhiyesa376

    2 жыл бұрын

    Ani SII ergaa dhugaakedha

  • @dhagaagoleetube7621

    @dhagaagoleetube7621

    2 жыл бұрын

    @@mariya2dhiyesa376 eyye soboni kirstana bira mal hojeta hadhokoo

  • @Lokomedianetwork

    @Lokomedianetwork

    2 жыл бұрын

    Kessaan naa duubisii bilbilaa ishee yoo feete dhugaa

  • @dhagaagoleetube7621

    @dhagaagoleetube7621

    2 жыл бұрын

    @@Lokomedianetwork essaranii

  • @mergaetefaofficial9943
    @mergaetefaofficial99432 жыл бұрын

    ayii dhala namaa😭keessumaa kiristaana baga waaqayyo si oolche altayyech.

  • @bakalakhan9232
    @bakalakhan92322 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuuffffeeeeeee yesus koo Abbaa dhugaa firaa gaafa rakkoo gargaraa yeroo humduma Abbaa koo bagaa waqayyoo sii gargaree hadhoo koo fudurii ifaa jabadhu waqayyoo sii waaliin jiraa inni kaan duraa gargaree siin hin gatuu

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu..

  • @user-tl8wv4og7e
    @user-tl8wv4og7e5 ай бұрын

    Waaqayyoo haa ebbifamuu inni kana sii gahee

  • @Dani-mk1qy
    @Dani-mk1qy5 ай бұрын

    Jabadhuu rakkinaa guddaa booda ulfiinaa guddaa jiraaa waaqayyoo gariidha

  • @dammeemalkaa4463
    @dammeemalkaa4463 Жыл бұрын

    Waaqayyo Guddaadha. Ammuma Iyyuu Gargaaramuu Qabdi Lakkoofsa Isii Nuuf Eeraa.

  • @koketTomas
    @koketTomas2 жыл бұрын

    Waaqayyoo hamma dhumati fayyina hin darbineen si haa fayyisu gifti koo

  • @wallaggakoo92
    @wallaggakoo922 жыл бұрын

    Ufffeeeeeee bagaa waqayyoo si fayyisee seena iyob dabarsitee ayii jiraa waqayyoo ol gararraa

  • @user-xk7fg5yn4z
    @user-xk7fg5yn4z6 ай бұрын

    Uuuuuuuufffffiii in si ollchee waqqayyoo maqansa ha ulfatuu 😢😢😢😢

  • @twarejtwarej9966
    @twarejtwarej9966 Жыл бұрын

    Waqayyoo dinqiidhaa hoojjin kee ulfadhuu gooftaan sii wajjin jiraa jabadhuu hadhoo koo waqayyoo garriidhaa namni kakuu abdiidhan sorromaa ayyanichii ammayyuu sif haa dabalamuu

  • @haanaasiijaladhaoromookoo4002
    @haanaasiijaladhaoromookoo40022 жыл бұрын

    innii Nama hin gaanee gooftaa sii wojii jiraa jabadhuu

  • @uaekfn8560
    @uaekfn85602 жыл бұрын

    Uuuffee hadhoo koo waaqayyoo bagaa sii olfaate jabaadhu namni kaakuu baadu

  • @KenoTube143
    @KenoTube1432 жыл бұрын

    1Namni maqaan isaa ''Iyoob'' jedhamu tokko biyya Uz keessa ture; namni kun hir'ina kan hin qabne, nama yaada qajeelaa, nama Waaqayyoon sodaatu, hamaa irraas kan gore ture. 2 Inni ilmaan torbaa fi intaloota sadii in godhate. 3 Akkasumas hojjetoota sonaan baay'ee, hoolota kuma torba, gaalota kuma sadii, qotiyyoo cimdii dhibba shanii fi harroota dhaltuu dhibba shan qaba. Namoota gara ba'a-biiftuu jiraatan hundumaa keessaa inni nama guddaa ture. 4 Ilmaan namichaa darabee darabeedhaan mana mana isaaniitti nyaachisa waliif in godhu; obboleettonni isaanii sadanis isaanii wajjin nyaatanii akka dhuganiif erganii in waamsisu turan. 5 Yeroon nyaachisa isaanii yommuu raawwatamu, Iyoob, ''Ijoolleen koo yaada isaaniitti Waaqayyoon yakkanii, isa arrabsaniiru ta'a'' jedhee waan yaaduuf, ganama obboroodhaan ka'ee ijoollee isaa geessee, akka lakkoobsa ijoollee isaa hundumaatti qalma gubamu in dhi'eessa, isaan in qulleessas ture; kanas yeroodhuma yerootti in hojjeta ture. Qorama Iyoob Isa Duraa 6 Gaaf tokko warri waaqa irraa ''Ilmaan Waaqayyoo'' jedhaman fuula Waaqayyoo duratti argamuudhaaf in dhufan; Seexannis isaan gidduutti in argame. 7 Waaqayyo, ''Ati eessaa dhufte?'' jedhee, Seexana in gaafate; Seexanni immoo, ''Lafa irra asii fi achi, olii fi gad deddeebi'aa tureen dhufa'' jedhee Waaqayyoof deebii in kenne. 8 Waaqayyos Seexanaan, ''Iyoob garbicha koo irra yaada kee keessee ree? Biyya lafaa irra namni akka isaatii hin jiru, inni hir'ina kan hin qabne, nama qajeelaa, nama ana Waaqayyoon sodaatu, waan hamaa irraas goruu dha'' jedhe. 9 Seexanni immoo deebisee, ''Iyoob waa malee si Waaqayyoon sodaataa ree? 10 Ati isaa fi mana isaatti wanta inni qabu hundumaattis naannessitee dallaa hin ijaarree ree? Hojii harka isaatii in eebbifteef; qabeenyi isaas biyyicha keessatti in baay'ate. 11 Mee, harka kee ol fuudhiitii wanta inni qabu hundumaa rukuti! Inni iyyuu mul'inatti si arrabsa'' jedhe. 12 Waaqayyo immoo Seexanaan, ''Kunoo, wanti inni qabu hundinuu harka kee keessa jira, Iyoobitti garuu quba kee hin buusin!'' jedhe; kana booddee Seexanni fuula Waaqayyoo duraa in adeeme. 13 Gaaf tokko ilmaan Iyoobii fi intaloonni isaa mana obboleessa isaanii isa angafaatii nyaachaa, daadhii wayniis dhugaa utuu jiranii, 14 namni ergame tokko gara Iyoob dhufee, ''Qotiyyooliin qotiisatti jiru, harroonni immoo isaan bira in dheedu turan. 15 Namoonni Sheebaa, hojjetoota billaadhaan ajjeesanii horii fudhatanii in sokkan; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe'' jedhe. 16 Utuu inni dubbatee afaanii hin fixin, namni biraa tokko ergamee dhufee, ''Ibiddi Waaqayyo biraa bantii waaqaa keessaa gad bu'ee hoolotaa fi hojjetoota gubee in fixe; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe'' jedhe. 17 Inni kunis dubbatee utuu afaanii hin fixin, namni kan biraa tokkos immoo dhufee, ''Warri Kaldootaa kutata sadiitti hiramanii, dingata irra ba'anii gaalota ooffatanii adeeman; hojjetootas billaadhaan in ajjeesan; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe'' jedhe. 18 Inni kunis immoo dubbatee utuu afaanii hin fixin, kan biraa tokkos immoo dhufee, ''Ilmaan kee fi intaloonni kee mana obboleessa isaanii isa angafaatii nyaachaa, daadhii wayniis dhugaa turan; 19 kunoo, qilleensi jabaan tokko lafa onaatii dhufee, golee manichaa arfan in rukute; yommus manichi ijoollota irratti in jige, ijoollonnis in dhuman; ana duwwaatu jalaa ba'ee, kana sitti himuudhaaf dhufe'' jedhe. 20 Kana irratti Iyoob lafaa ka'ee gadda irraa kan ka'es uffata isaa tarsaasee, mataa isaas haaddatee, lafatti gad gombifamee in sagade. 21 Achumaanis, ''Qullaa koon garaa haadha kootiitii ba'e, qullaa koos biyyootti nan deebi'a; Waaqayyotu kenne, Waaqayyotu fudhate; maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu!'' jedhe. 22 Kana hundumaa keessaa Iyoob hin yakkine, ''Dabaa hojjette'' jedhees Waaqayyoon hin hadheessine.

  • @lloveyoujesus2397
    @lloveyoujesus23972 жыл бұрын

    Uuuuuuuuffff yaa waqayyoo koo 😭😭😭😭 bagaa waqayyoo halaa hunduma keessati si gargare jabduu koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ waqayyoo Kenya olchadha hoofkalchaa dha 🙏🙏🙏

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa97542 жыл бұрын

    Waqayoo bagaa sii olchee hadhoo.goftaan danda,adhaa ayii namaa waqayoo dinaa kee bagaa qanesee galatasaa 🙏🙏👍☝️☝️❤❤

  • @kasahundinkesa2796
    @kasahundinkesa2796 Жыл бұрын

    rakkinni si mudate akkuma ati jetteyyu ergaa si keessa jiru akka dhaloota bira hingeenyef lola hafuurati. boficha isa si lole ilmi waaqayyo kiristoos mataa isaa reebera hinsodaatin.Altayyechi ammayyu abdiin jira jabaadhu.

  • @QosanAyele
    @QosanAyele20 күн бұрын

    Ebifaami haadho waalidaan namaa iyaafachu dhifteti waaqayoo gaaru namaa haakeka hiraa qabu hin dhisuu

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p2 жыл бұрын

    Uuuuuuffiii 😭😭😭 olchaaf ofkalchaa kooo Yesuus ☝️ ulffaadhu Abbaa kenyaa

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu

  • @lateragurmessa6356
    @lateragurmessa63562 жыл бұрын

    si fuuldura hin goru homtinuu danda'ee! jabaadhu jabaadhu jabaatu si dura jra!

  • @billyOfficial04
    @billyOfficial042 жыл бұрын

    Egaa akka yaadan ta’uu baatus akki gooftaan yaade yeroo hunduma mo’ataadha, ... jabaadhu erga asiin si ga’e sin gatu ija kakuukees osoo hin nyaatin hin haftu, inni dubatte waaqayyo waanta’eef Lafee gogaattiiyyuu lubbuu horee kaasee dhaabuu isa danda’udha; rakkinnikee kun ulfina si eeggatuu gadidha

  • @sinbooqananii3168
    @sinbooqananii31682 жыл бұрын

    Uuuuuuffeeee yaa waqyoo jalalaakee addaa adaraa silkii ishee nuf ka'aa maloo hamaa humnaa kenyaa gargaraa adaraa lakk ishee nuuf ergaaa maloooooooo

  • @user-gu9zo4lm2o
    @user-gu9zo4lm2o5 ай бұрын

    Baga waqqayyoo sii gargaree giftoo waqayyoo olchaadha❤❤❤❤❤❤😂

  • @naolworku9112
    @naolworku9112 Жыл бұрын

    Eebbiifami kun diinqii gootati ini maqaan isa haa ulfaatu,TV mo'aa eebbifaama

  • @oroomtittisabaa9757
    @oroomtittisabaa97572 жыл бұрын

    Uuuuuuuuf bagaa waqaayoo initti amanaatuu si olchee

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @ebaregasa2158
    @ebaregasa21582 жыл бұрын

    dhugaa baayeen gaddee akka obboletin koo baayee jaladhu altayeecha hala kana kessa jirtu quba hin qabu ega waqayyoo wan kana hundumaa godheef beekadhaa efreem atilee gudda ebbifami hojii gaarii hojjete kanaaf ebbifamii atis xiyyefannooke gara kanati deebistee akka irrati hojjetu yaada si kennuun barbadaa kan namni maqaa hin beeknee waldaa kessati caccabanii achi waawataan baayeedha ammayuu jabaadhuu hojeedhuu

  • @alicechelchiseechelkeba9778
    @alicechelchiseechelkeba97782 жыл бұрын

    Uuuuuufffff bagaa waqayoo wan hundumaa sii dabarsee ebba gudatuu jiraa durakee jebadhuu amalee

  • @astergebeyhu2158
    @astergebeyhu2158 Жыл бұрын

    waaqayyoo waani goodhu hudumatu bekadhaa galataa haa aragatuu

  • @Hachalutesfayeofficial
    @Hachalutesfayeofficial3 күн бұрын

    Seenaa baay'ee nama gaddisisuudha😂 jabaadhu haadhoo koo

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay39802 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuufffff 😭😭😭😭😭bagaa waqaayyo wan hundumaa si dabarsee assin si ga,ee hadhookkoo 🥰😭kanan bodde homma hin tatu abdin jiraaa

  • @jamilajami5653
    @jamilajami56532 жыл бұрын

    Uuuuuuufffi iyesus koo wantii siif dadhabamee hin jiruu olfadhuu goftaa koo bagaa waqayyo sii gargaree

  • @abdiitube7533
    @abdiitube75332 жыл бұрын

    Baga waqayyoo si fayyisuu waqayyoo gudaadhaa biyyii lafaa buhaa bahii bayyee qabaa hundumaa keesaati waqayyoo gargaradhaa

  • @user-fd5tw2bq9h
    @user-fd5tw2bq9h5 ай бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuuu😢😢😢😢😢😢 bagaa waqayoo sii fayisee

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa12 жыл бұрын

    Ayii qorumsaa biyaa lafaa bagaa nuf fayiitee farfaatuu keenyaa bayee jalaanuu bagaa gamaadee😭😭😭😭😭😭😱😱😱😱

  • @Mom2023new
    @Mom2023new2 жыл бұрын

    ወደ ንስሐ የሚያመጣ እውነተኛ የእግዚአብሔር ድምጽ!!! (ከ1989--2014 ዓም. ) አዋጅ!! አዋጅ!! ጆሮ ያለው ይስማ!!! (ህዝ2:3-8,ዘፀ.3:13-15, ዮሐ.8:26, ኤር 26:) ፣ ወገኖቼ፣ እግዚአብሔር ከህዝቡ ጋር ክርክር አለው!! በልጁ በኩል በመንፈስ ቅዱስ አማካይነት ለአመታት በፀሎት ላይ እያለሁና በሌሊት ድምጹን እያሰማኝ፣ከዘመኑ የሁካታ መድረክ ሸሽጎኝ፣በዘመኔ ሁሉ የገጠሙኝን የጠላት ፈተናዎች፣ በትእግሥት እንዳልፍ፣ መንፈስ ቅዱስ ቃሉን በመግለጥ እየስተማረኝና እየመከረኝ፣ እየገሰጸኝ፣ እያጽናናኝ፣ ለህዝቡ መልእክተኛው አደረገኝ፣ የጌታ ስም ለዘለዓለም የተመሰገነ ይሁን። ኢየሱስንም በተቃወሙት ጊዜ፣ ይሁን እንጂ የላከኝ እውነተኛ ነው፣እኔም ለዓለም የምናገረው፣ ከእርሱ የሰማሁትን ብቻ ነው አላቸው፣ (ዮሐ8:26,) ጌታም፣ ስለ ህዝቡ እንዲህ ሲል ቅሬታውን ይናገረኝ ጀመር፣ ....ጌታስ ከሆንኩኝ መፈራቴ ወዴት አለ..?(ሚል.1:6-8,)..ሰማይ ዙፋኔ ነው፣ ምድርም የእግሬ መረገጫ ናት፣ የምትሰሩልኝ ቤት ምን አይነት ነው..? እስከ ዛሬ ድረስ ይህን ድምጽ የናገረኛል፣በዚህም ውስጥ መን/ቅዱስ፣ አገልጋዮችን ይጠቁመኛል፣ (ኢሳ 66:1-4, ኢሳ 55:8-9,ኢሳ 59:1-2,) በተደጋጋሚ በተለያዩ ቀናት በሌሊት ይናገረኝ ነበር፣ ጌታም፣ ይህ ህዝብ መስማትን ይሰማል!!፣ ነገር ግን አይኖርበትም!! ህዝቤ የራሱን ነገር አስቀድሟል!! ክብሩን አልጣለም!! ቤቴን በእኔነት፣ በማስመሰልና በስሜታዊነት ሞልተውታል!!እውነተኛ ፍቅር የላቸውም!! እርስ በርሳቸውም ይነቃቀፋሉ!! ሰላምም የላቸውም!! ይቅር መባባልን እንቢ ብለዋል!!ለትውልዱ መልካም ምሳሌ መሆን አልቻሉም!! ይህ ትውልድ የሆሴዕን ዘመን ትውልድ ይመስላል!! ህዝቤ መመለስ እንቢ ብሏል!! በጎቼን ለሚገፉ እረኞች ወዮላቸው!! ይህ ህዝብ አስቆጥቶኛልና አመጸኞችን አልምርም!! አለኝ። ባሬያዎቼ ተንቀዋል!! (እውነተኞቹን) ይህ ህዝብ ልቡ የሸፈተ ነው!! ክብሬን ደግሞ ይጋፋል!! ክብሬን እኮ! ጣሉ!! አለኝ። በሌላም ቀን፣ይህ ህዝብ አፉ ከእኔ ጋር ነው፣ ልቡ ግን ከእኔ የራቀ ነው!! ህዝቤ በእውነትና በመንፈስ አላመለከኝም!! አብዝቼ ብጠራቸው፣ አጥብቀው ከፊቴ ራቁ!! እስራኤል ( የእግዚአብሔር ህዝብ) የለመለመ ወይን ሆኖ ሳለ፣ እንግዶች ጉልበቱን በሉት!! የወይኔን ቦታ ፍሬ አጣሁበት!! እኔን የህይወት ውሀ ምንጭ ትተውኛል!! ለራሳቸውም ሌሎች ጉድጟዶችን ቆፍረዋል!! ክርስቲያን ሳይሆኑ ክርስቲያን የሚመስሉ፣ ህዝቤን ግን ኃጢአት የሚያለማምዱ በቤቴ አሉ!! እኔም ብዙ ጊዜ ዝም አልኩኝ!! እነርሱም አልሰሙኝም ፣ወደ እኔም አልተመለሱም!! ህዝቡ በንስሐ ካልተመለሰና ለቃሌ ካልታዘዘ፣ መርገም ከህዝቡና ከምድሪቱ ላይ እንዴት ይሰበራል? ቃሉ ያረጀባቸው የሚመስላቸው ብዙዎች በቤቴ አሉና የእግዚአብሔርን ነገር ለሚታክቱ ወዮላቸው!! የማያስተውል ህዝብ ይገለበጣል !! አለኝ። በሌላም ቀን፣ ህዝቤ ሲጠፋ የማይመክሩና የማይገስጹ ቸልተኞች ኤሊዎች በቤቴ በዙ!!አለኝና ቤቴን ትቼአለሁ፣ እርስቴንም ጥያለሁ፣ እንደ ዥንጉርጉር አሞራ ሆነውብኛልና!! አለኝ። ክብር ከእስራኤል ሸሸ!! አለኝና ህዝቤ እውቀትን ከማጣቱ የተነሳ ጠፍቷል!! የጠፉ በጎችም ሆነዋል!!የሚያስተውልም የለም!! ነብያቶቿ ጉቦ ተቀባዮች ናቸው!! አለኝ፣ ኢሳ 66፣ 1-4,ያለውን ከነገረኝ በኋላ፣ህዝቤ የወንበዴዎች ዋሻ ሆነ!! እኔ ግን ወንፊትና መንሼን ይዤ እነሳለሁ፣ የሌዊንም ቤት አጠራለሁ!! የሊባኖስን ዝግባ አናውጣለሁ፣ ያውም የጽድቅ ዛፎችን ነው!! አለኝ፣ መኔ! መኔ! አለኝና ባለራእይችን አጠራለሁ !! (አፀዳለሁ) ከፍታዎችን እንዳለሁ!! ከአሁን በኋላ የመድረኩ ቁልፍ በእጄ ይሆናል!! ያከበሩኝን አከብራለሁ!! እስራኤልንም በቃኘሁ ጊዜ፣ ምድርን ሁሉ እዳስሳለሁ አለኝ መንፈስ ቅዱስ። *ጌታም መሃሪ ስለሆነ፣የተሰፋውን ቃል በማሰብ፣ እግዚአብሔር ይጣራል!! በያቸው አለኝ፣ ህዝቤ ግን በንስሐ ወደ እኔ ቢመለስ ምህረትን አደርጋለሁና የጥበብ መጀመሪያ እግዚአብሔርን መፍራት ነው!! እንግዲህ ንሰሐ ግቡ!! ትልቅነታችሁንም አስወግዱ!! ልባችሁን አጥሩ!! ወጪቱ ይጥራ!!ፈጥናችሁ ተስማሙ!! በፍቅሬ ኑሩ!! የምትወዱኝስ ከሆነ ትእዛዜን ጠብቁ!! የምትወዱኝስ ከሆነ በጎቼን ጠብቁ!!!ሊታረዱ ያሉትን አድኑ!!የምታደርጉትን ሁሉ በስሜ አድርጉት!! የከበረውን ከተዋረደው ለዩ!! እርሱን ብቻ ስሙት!! ለእርሱ ብቻ ስገዱ!! እውነተኛ ፍርድንና ጽድቅን አድርጉ!! አሳች ወጥቷልና ንቁ!! እናንተ የእግዚአብሔርን እቃ የምትሸከሙ፣እልፍ ፣ በሉ.!! ህዝቤ ሆይ ወደ እልፍኝህ ግባ!!፣ የሚንበረከኩ ብዙ ናቸው!! የሚፀልዩ ግን ጥቂት ናቸው!! በደልን ተሞልተዋልና፣ አልሰማቸውም!! ህዝቤ ንስሐ አይገባም!! እራሱንም እንደ በደለኛ አይቆጥርም!! ድምጼንም እንደ ሻገተ እንጀራ ጣሉት!!!ስለዚህ፣ የፈረሰውን መሰዊያችሁን አድሱ!! ልባችሁን እንጂ ልብሳችሁን አትቅደዱ!! ለፀሎትም በቆማችሁ ጊዜ ንስሐ ግቡ!! የበደሉአችሁንም ይቅር በሉ!!ይህ ዘመን በንስሐ የመንጻት ዘመን ነው!! አጥብቃችሁ ፊቴን ፈልጉ!! ሳታቋርጡ ጸልዩ!! ምጽአቴ ቀርቧልና ዘመኑን ዋጁ!! ሙታን ድምጼን የሚሰሙበት ዘመን ይመጣል!!(ዮሐ 5:25,)የወደቀችውንም የዳዊትን ድንኳን አነሳለሁ!! እሠራታለሁም አለኝ፣ በምጥ የወለድኩአቸውን ልጆቼን አልጥልም!! ወደ ከፍታም አወጣቸዋለሁ! የኢትዮጵያን ቤ/ክ.የምጎበኘው በነብያት ነው!!ትውልድን ቀብቼ አስነሳለሁ!! ሪቫይቫል በምድሪቱ ላይ ይመጣል!! ለዓለም በረከት ይሆናሉ!! ስለ ቃሌም እተጋለሁ!!አለኝ። በሌላም ቀን፣ ከአሁን በኋላ ያለው ዘመን የመከር ዘመን ነው፣ የአጨዳውም ጊዜ ደርሷል!! መከሩ ብዙ ነውና ፣ ሰራተኞችን እንዲልክ፣ የመከሩን ጌታ ለምኑ!!አለኝ፣ ስለዚህ የነገርኩሽንም ሁሉ ለህዝቤ ንገሪልኝ አለኝ ጌታ መንፈስ ቅዱስ!! አዋጅ!! አዋጅ!! ጆሮ ያለው ይስማ!! ወገኖቼ፣( በተቻላችሁ መጠን ለቤተክርስቲያን መሪዎችና ለህዝብ እንድታደርሱልኝ በጌታ ፍቅር እለምናለሁ፣ ጊዜው የንስሐና የእርቅ ጊዜ ነው! ለጌታ ድምጽ ስፍራ ልንሰጠው ይገባናል!! ጌታ ሊመጣ ነወ!!) ተባረኩ። እማማ ነኝ፣ እውነተኛ የጌታ መልእክተኛ።ሉ

  • @fanoseh2381
    @fanoseh23812 жыл бұрын

    Ammayu waqayoo siyaa gargaruu jabadhuu jabduukoo farfanaa Kee baay'ee jaladhaa Ammayu waqayoo nagaa gutu siif haa kenu ayyanaasa dachaa sirraatti haa dabaluu

  • @mimiyeemucaakakuu5205
    @mimiyeemucaakakuu52052 жыл бұрын

    Olamaa irfatamuu mittii jeetee attuu A koo

  • @atsadubuzuna1172
    @atsadubuzuna11722 жыл бұрын

    Uuuuffffffeeee. Inni wan undumaa kesaati si gargaaree waqaayyoo agalatomuu. Issa siraati tahee iraa isaa sif taahet calaa. Jabaadhuu cimtukoo

  • @lamessagamachu1433
    @lamessagamachu14332 жыл бұрын

    waaqayyo guddaa isin haa eebbisu barbaacha hin yaadamne gochaa jirtu.Dhugumaan isin haa eebbisu.

  • @WaktolaGutu
    @WaktolaGutuАй бұрын

    ayyii haadhooko anis akkuma keen maatii musicians keessa gooftaa fudhee waggoota 16f lafa onaa kessan Jooraa jira garuu ani gooftaakoo ,waamichakoo hin dhiisu,, iddoo gaariifi jireenya mijaaataa argadhee gooftaa dhabuurra ,, dhagoota gidduu ,jiraadhee amma dhumaati gooftaa faana deemuu naaf waayya,, dhugama akkuma atuu jette dhaloonni abbaa qabu ,, abbaan dhaloota tikseen hoolotaa inni dhugaan ilma waaqayyoo yesuus gooftaadha,, jabaadhu goota wangeelaati ati ammayyuu abdii jira

  • @koketikoketi4463
    @koketikoketi44632 жыл бұрын

    Uuufff hadhoo koo jabbadhuu fakkenyaa guddaa nuuf tataa ati dhugaaa ❤😢

  • @berhanealemayu5880
    @berhanealemayu58802 жыл бұрын

    Bagaa waqayyoon si maree nama har'dhaa si godhee. Waqayyoon nama hin gaatu

  • @Bireyotube5604
    @Bireyotube56046 ай бұрын

    Dhugaa dubachuuf waldaa kirstanaa keessattii sumii isinii nyaachisuun maalif barbachise , ergaa waqayyoo dursee dubate maalif nyaata hin hisituu utuu ana ta,ee waan dursee natti himamee utuun bekuu hin nyaadhu atumtii nyaadhuu ittin jedha malee dhugaa kirstoosii warraa summii namaati godhanii waqayyoo hiddaaf hundee isaaniiti lafarraa isaan haa buqisuu

  • @mekdesuae4765
    @mekdesuae47652 жыл бұрын

    Bagaa.waqayyoo sii.garagaree.giftii.koo🥰🥰🥰

  • @astertamieru6104
    @astertamieru6104 Жыл бұрын

    yesusi maali daadhabee haaulufatuu

  • @bekelcheetemesgen5906
    @bekelcheetemesgen5906 Жыл бұрын

    Waqayyoo dacha sin Haa ebbisuu ebbifamaa

  • @gulumamitiku5715
    @gulumamitiku57152 жыл бұрын

    Baga Waaqayyo haala ulfaataa keessa si dabarse inni si jiraachise Maqaansaa haa ulfaatu.

  • @tolasatamasgen
    @tolasatamasgen2 жыл бұрын

    Waaqayyo nuuf haa dhiisu. Ati garuu baga fayyite haadho ko.

  • @hawwiihaliee5695
    @hawwiihaliee56952 жыл бұрын

    Eebbifamii maqaa yesuusin Maloo bilbilaa ishee naa keenna mee

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu..

  • @Lokomedianetwork

    @Lokomedianetwork

    2 жыл бұрын

    Keessan na dubbisi siif ergaa lakkoofsa ishee Yoo dhugaa ta’e

  • @siifaangazah3687
    @siifaangazah36872 жыл бұрын

    Uuuuuuuffff waqayoo fiixe sii haa fayisu hadha koo

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa2 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuufffff 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 Waaqayyoo gaariidha baaga garggaraamtee haadhoko 🙊😢😭🙌🙌🤲🤲🤲🥰❤💔💔

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu

  • @AbdiiGoofta

    @AbdiiGoofta

    2 жыл бұрын

    @@SingerGemechuRetaOfficial maatii naaf tahii sanyii

  • @beratugebisa326
    @beratugebisa3262 жыл бұрын

    Ayii waldaa kristana waaqayyoo isinif hin dhissin

  • @asterbekele4972
    @asterbekele49722 жыл бұрын

    Gatiin Kee waaqayyo irra Jira jabaadhu dhalootaaf eebba ta'i.

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @buzemerga343
    @buzemerga3432 жыл бұрын

    Uuufff 😭😭😭😭bagaa Waaqayyoo koo si gargaare

  • @abiro1424
    @abiro14242 жыл бұрын

    Bagaa nuuf haftee hadheeko amayyu itti fufii ademii maqa yesusiin

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu...

  • @mulumosisamosisa5034
    @mulumosisamosisa50342 жыл бұрын

    Uuuffii thank you lord Jesus for everything

  • @shureehailyuushuree9672

    @shureehailyuushuree9672

    2 жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😭😭😭😭🥰🥰

  • @hawiname4761
    @hawiname47612 жыл бұрын

    bagaa waaqayyoo sii olchee

  • @obsekabbada6556
    @obsekabbada65562 жыл бұрын

    Imaamaan qabachuun dadhaa uuuuyyyiiiiii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭jabadhuu hadhokoo koo inni siwaajjin jiruu amanamaa dhugumaa 😭😭😭😭😭😭

  • @asterburaka3150
    @asterburaka31502 жыл бұрын

    BAGA WAAQAYYOO SI HANBIFATEE 🌷🌷🌷🌷 WAAQAYYOO GAARIIDHA!❤❤❤❤

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu

  • @boontuuyesus4508
    @boontuuyesus45082 жыл бұрын

    Uuuuuuffiii waaqayyoo gaariidha Gaarummani isaa bara baraan jiraata Iyoob 42:2

  • @miratmanindra1451
    @miratmanindra14515 ай бұрын

    WAAQAYYO ananis akumakee na oolche altayech sijalanna jabadhu waqayotu firdii dhugaa farada homaa miti!

  • @astergebeyhu2158
    @astergebeyhu2158 Жыл бұрын

    kuni dhugaa batuu guddaa farafanaa kuni isatodomit haa ebbifamuu maloo kuni dhugaa kiritosii irraa hin darabinaa lakofosaa bibilaa ishi adaraa maloo

  • @Abonesh835
    @Abonesh8352 жыл бұрын

    Ammayu itti fufii deemii Atoo dhugaa waqayyoo wan Dinqii dha kunii😭😭😭😭😭😭😭

  • @takeletiki7084
    @takeletiki70842 жыл бұрын

    Waaqayyoon kee inni si olchee haa eebbiffamu ammayyuu ganaa karaa dheeraa deemta

  • @chaltuugaddisa7585
    @chaltuugaddisa75852 жыл бұрын

    Bagaa goftaan sii fayyisee giftii Koo amalee waqayyoo kana caalaa sii fana haa ta'uu

  • @aragusori5021
    @aragusori50212 жыл бұрын

    Uffffff bayye sena nama gadisusudha garuu waqaayyoo inni ganama sii wamee sin ganee baga waqaayyoo sii gargare yero hundumaa waqaayyoo nuuf garidhaa

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa42992 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuufffee maaloo waqaayyoo gaariidha Abdii jiraa gofta biraa 🙏📖😭😭😭

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu

  • @belaineshsolomon5244
    @belaineshsolomon5244 Жыл бұрын

    Kun nama hundaaf baruumsaa guddadha bagaa rabbii sii olchee atii eyob lammaaffadha amas dhaloota tahi

  • @asharafsadeek232
    @asharafsadeek2322 жыл бұрын

    Baga Waaqayyo Si olchee Namaa kakuu 📖📖👍👍👍

  • @ayantuaraga9836
    @ayantuaraga98362 жыл бұрын

    Uuufff baga Waaqayyo si oolche giiftiikoo Waaqayyo akka namaa miti

  • @user-mw8ou6jy7q
    @user-mw8ou6jy7q5 ай бұрын

    Waqayyoonkee innitti amanate SI olchuu dandera ammen Ameen ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bareduuamboo1522
    @bareduuamboo15226 ай бұрын

    Uuuuffffeeee bagaa waqayyoo halaa hundumaa keesatii sii gargaree ebbifamaaaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @tigistitube6405
    @tigistitube64052 жыл бұрын

    Uuuff bagaa waaqayyoo sii gargaree waaqayyoo gaariidhaa

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu10982 жыл бұрын

    Uuufffeeee😭😭😭😭😭 waaqayoo hin namaa namaa qixxesuu maqaan waaqayoo Haa Eebbifamuu hadhoo koo bg waaqayoo sii olchee waan Hundumaa ❤️

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu

  • @nasaphone3340
    @nasaphone33402 жыл бұрын

    Altayech bg wqy sii gargaree haala mijjatuf hin mijjanee keessatti tajaajilaa turte bareeduu koo wqy bg sii gargaree wqy jirenyaa bareeda sii haa dabarsuu

  • @Warqinash463
    @Warqinash4632 жыл бұрын

    Waaqayyoo nama isa hin gatuu Ebbifamaa 🥰❤️❤️❤️

  • @uuuuuuuufffffffffbarumsaag642

    @uuuuuuuufffffffffbarumsaag642

    2 жыл бұрын

    Bagaa waqayyoo sii gargaree hadhoo kooo haftee ammayyuu darbii dhalootaaf hanbaa ta'ii hafiii

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    @@uuuuuuuufffffffffbarumsaag642 KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @waaqayyoogaaridha1331
    @waaqayyoogaaridha13312 жыл бұрын

    Yaa waaqayyoo kiristiyaana bara kana maluma yoo godhanidha kanini wara rakatanifi gara lafuu😭😭😭😭😭 ati cimsitee isaa amanate giiftiikoo ammaas waaqayyoo sii gargaraa anisi sini gargaraa haadhookoo ❤️

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @singermiretuchenekaofficial
    @singermiretuchenekaofficial Жыл бұрын

    Efiiko❤

  • @mimiyeemucaakakuu5205
    @mimiyeemucaakakuu52052 жыл бұрын

    Uuuufffffff haadhoo koo waqayyoo hundumatii garridhaa

  • @cellcoholiccell7039
    @cellcoholiccell70392 жыл бұрын

    Uuuuufffff bagaa waqayoo siimaree

  • @qabbanneashuukalo134
    @qabbanneashuukalo1342 жыл бұрын

    Inni so olche has ebbifamu darbi ce'ii

  • @KenoTube143
    @KenoTube1432 жыл бұрын

    Qoramuun Eebafi dhugaa baay'ee keessikoo na miidhamee waaqayyoo si midhuuf mitti hin si kissa qamaa keenyaa isatu maqaa itti basee ummee hunda isa iyyuu bakkatti siif deebiisa godaaniisaa Sammuu ketis ni supha hadhoo koo

  • @ayanealabe130
    @ayanealabe1302 жыл бұрын

    Gooftaan raawwatee si haa fayyisu, si haa gargaaru jabaadhu giftii koo. Wanti hundumtuu hin darbaa.

  • @kennaagezawu5201
    @kennaagezawu52012 жыл бұрын

    Bayyesaa Ebbifamii yesus Guddadha bagakessattii in inafiin

  • @lensahunde3315
    @lensahunde33152 жыл бұрын

    Waaqayyoo Guddaadha! jireenyii ati jiiraattu kan kaana boode jireenya diinqiidha

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu..

  • @QosanAyele
    @QosanAyele20 күн бұрын

    Eyeen dhugaa jeete haadhoo koo baaye keenyaa agana yoo tu'uy baateyu haariyatama gurgudaa jiraa hooma miti abdii keenyaa yeesusi hin dhufaa yoo dhufudha baate nutu dhaaqa

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa2662 жыл бұрын

    Bagaa waaqayyoo lubbuu kee olchee haadhoo too uuuuufffffiiiii!!!!!!!!😭😭😭😭😭😭

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @meskeremtaye218
    @meskeremtaye2182 жыл бұрын

    አንቺ ጀግና ሴተ ምን አየነት ለጌ የሚኖሩ ልጆች አሉ የቀረዉ ዘመንሽ የሳቅ ይሁንልሽ!!!

  • @user-ge7ri7hl9o
    @user-ge7ri7hl9o5 ай бұрын

    Altaayyechi Kun iyyoobii gadii miti.

  • @hkkoqabiyesus3238
    @hkkoqabiyesus32382 жыл бұрын

    Uuuufiiii yaa waqaayyoo galaanii sifa ta,u yaa isa,seenaa nama jijirtuu jabaadhu jabduukoo inii kalesaa sii gargaree borifis si waliin jiraa ganaadha demsiikee 💕💕💕💕💕💕💕💕💕🙏🙏🙏

  • @boontuuyesus4508
    @boontuuyesus45082 жыл бұрын

    Waaqayyoo Inni kani hundumaa keessati obsaa sifi kenne haa ulfatuu jira Yesus jabaadhuu Waaqayyoo lafa kakuu keen si gaha

  • @ebiseabara7348
    @ebiseabara73482 жыл бұрын

    Uuuffffeeee giiftikoo baga gooftaan sii olchee darbii jiraadhuu hadhookoo♥️♥️♥️♥️

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @Dani-mk1qy
    @Dani-mk1qy5 ай бұрын

    Darbii deemii ammayuu homtuu sii qabiin ameen

  • @lelonagi9555
    @lelonagi95552 жыл бұрын

    Waqayon baga si gargaree mucaa kakuu waqayo gaaridhaa waanti dinii qobese hin hojaatuu Yesuusii goftaadha Amen Haalleelluuyyaa

  • @hadhaako
    @hadhaako2 жыл бұрын

    Ananiii giftiikooo 😭💔😭😭 Inii lubbuu Kee hama kana SI gahee galanii ha tahuu 😭😭 amalee darbii dhugaa batuu Isa tahii 💔😭

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    KZread channel kiyya subscribe gochuun maatii naaf ta'iime Waaqayoo sii haa eebbisuu.

  • @astertesfaye303
    @astertesfaye3032 жыл бұрын

    waqayoo bagaa si dhisii haadhoo kenyaa bagaa fayyitee si jalanaa bayyee waan jiruu si wajjiini jiraa

  • @ulayane8531
    @ulayane85312 жыл бұрын

    Dhuguma Wangeelli nama ceesisa! Obboleettiikoo Altaye! Waaqayyo si haa eebbisu!

  • @zennahayilu3584
    @zennahayilu35842 жыл бұрын

    Waawwuu barumsa bayee gudan iraa argadhe waqayoo baraf jirenya kee yaa ebifamu humni kan calu sif yaa dabalamu

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........24772 жыл бұрын

    Uuuuuuufffffeeee waqayyoo bekkadhaa bagaa sii olchee hadhokoo goftaan saa ebisuu darbbii demmii amayyuu

  • @dirbefikadu3074
    @dirbefikadu30742 жыл бұрын

    Baga gooftan sin olfatee waqayyoo sanda,adhaa🙇‍♀️🙇‍♀️😭😭

Келесі