KEESSUMMAA EGEREE | Seenaan luba Goobanaa Daggafaa waan garaa nama nyaatu dha | EGEREE MEDIA

Ойын-сауық

ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
/ egereemedia
Telegram channel
t.me/EgereeMediaChannel
Telegram group
t.me/EgereeNewGospelSongs

Пікірлер: 46

  • @user-qh5yk8md8j
    @user-qh5yk8md8j2 ай бұрын

    Ufff dhugaa dhaa namaa kana dhiyeesuu keessaaniif ebbifama 😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ChalaGudeta-sl3zu
    @ChalaGudeta-sl3zu2 ай бұрын

    Hayyee dhugumaan nama wangeelati! Anillee carraa argadhee irraa tajaajilameen ture! Waan qabnuun bira haa dhaabannu yaadanis ta'ee maallaqaan! # Affeeruu keessaniif EGEREEN MEDIA!

  • @GemechuKebede-kr8ob
    @GemechuKebede-kr8obАй бұрын

    Waaqayyoo kasaa siif kenee Amaas jabaadhaa gooftaan sii fanaa

  • @naolregasa4425
    @naolregasa4425Ай бұрын

    Dhugaa baayyee galaatooma warrii Egere media ille❤❤❤

  • @Obse-ms1rz
    @Obse-ms1rz2 ай бұрын

    Namaa waqayoo ebifamaa waqayoo baraa kesan jirenyaa kesan aebisu lubaa cimsadha dhugaa anii caraa argadhe iraa barumsa argadhera akatan kesaa darban Baye garaa namaa nyataa amayu dubichati cimaa omaa mitii waqayoo jiraa ❤❤❤

  • @Kabbade-iu6so
    @Kabbade-iu6so2 ай бұрын

    Waaqayyoo waan caalu fiduufi Nama Waaqayyoo

  • @galaadhaloota2016
    @galaadhaloota20162 ай бұрын

    Lubni Kun dhuguma qaroo keenya yeroo argaadhe irraa tajaajilameera Kun wanta baay'ee Namati dhaga'aamu garuu waaqayyoof salphaadha Sabni keenya waan dandeenyun cina haa dhabannuu Luba keenya Homaa hunduu ni darbaa! Isinis hojii wangeela hojjachuu keessan ittii fufani Egere media nis galatooma!

  • @fekadumosisa6576
    @fekadumosisa65762 ай бұрын

    Ati wangeelaaf gatii baaste garuu waaqayyo gatii guddaa siif haa kaffalu

  • @dhaabeeligaabaa5964
    @dhaabeeligaabaa59642 ай бұрын

    Uffff Luba kana Garaa Namaa nyatuu dhugumaa Namaa waqaayyoo tti

  • @TarikuBulcha
    @TarikuBulcha2 ай бұрын

    Gooftichi Isin Ofkennitaniif Kan yaaddan Gararraa waan Dinqisiisaa Isiniif haa hojjetu

  • @ebiseedesa-hq5gn
    @ebiseedesa-hq5gn2 ай бұрын

    Uuufff waaqayyoo waan hundumaafuu yeroo qaba.

  • @Kabbade-iu6so
    @Kabbade-iu6so2 ай бұрын

    Waaqayyo waan caalu fiduufi

  • @JiregnaJesus-tj8ld
    @JiregnaJesus-tj8ld2 ай бұрын

    Waaqayyoo jajjabinaa isaa isaaniif haa kennu!❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-to4yi1ql8t
    @user-to4yi1ql8t2 ай бұрын

    Waqayyoo gatii keessan waqarratti guddaa ha godhu nama waqayyoo

  • @Taaddee
    @Taaddee2 ай бұрын

    Dhugaadha ni jijjiirama

  • @darajederesa
    @darajederesa2 ай бұрын

    Nama ofiisaatti irrisee namaaf yaadu dha Dhugaa waaqayyo gatii keessan haa baasu ❤❤

  • @user-fd7dl9zb3d
    @user-fd7dl9zb3d2 ай бұрын

    Waqayoo jiraa waan hudafuu ❤❤❤❤❤

  • @ayanakabadaofficial9952
    @ayanakabadaofficial99522 ай бұрын

    Waaqayyo waan hundumaa gaarumaaf godha, Jabaa koo hoomaa miti! Isa caalutti darbuuf jirta❤

  • @bayisefita5310
    @bayisefita53102 ай бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuff maloo birra haa dhubanuuu nama waqayyooo 😢😢😢 home mitti waqayyooo issi gargaraa

  • @dibaabeoro
    @dibaabeoro2 ай бұрын

    Gatin keessa guddaa guddaa waqa biraati quba koo😢❤❤❤❤❤❤

  • @PhawulosKetema
    @PhawulosKetema2 ай бұрын

    Nama waaqayyoo baayee nutti dhagahameera isin dhugumaan nama dhugaati yaa hojjataa amanamaa nana waaqayyo biraa gatiin keessan guddaadha

  • @shiferawofficial2923
    @shiferawofficial29232 ай бұрын

    Gooftaan baraaf jireenya keessan hundumaa haa eebbisu lubaa!

  • @asterburaka3150
    @asterburaka31502 ай бұрын

    Waaqayyoo Gaarii dha ❤❤❤❤❤❤

  • @user-gq2hb5ey3t
    @user-gq2hb5ey3t2 ай бұрын

    Gattin keessan guddaadha waqaayyoo biraatii ebifamaa😢😢😢😢

  • @Jalaneshow10
    @Jalaneshow102 ай бұрын

    Nagaan isin yaa baayyaattuu obbollootaa koo afuuraa akkam jirtu ebbifaamaa Dhugaa Waan Kun hundaa keenyaarraa balbalaa irraa Jira

  • @user-ln8qv4bc1g
    @user-ln8qv4bc1g2 ай бұрын

    Uuuuuuuuuuff Waaqayoo isinifihaa ebisuu ebifaamaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ni8bg3mi2y
    @user-ni8bg3mi2y2 ай бұрын

    Sani,atile wan gari nufide ebifami

  • @semersemer5760
    @semersemer5760Ай бұрын

    Akamiin argatuu

  • @user-yt7xy3ll7t
    @user-yt7xy3ll7t2 ай бұрын

    Uuuuuuuffffff😢😢😢😢😢 maal akkam gara nama guba yaa allah

  • @gemechisalemayehuofficial3006
    @gemechisalemayehuofficial30062 ай бұрын

    Qeesiiko ani ragaadha waaqayyo sin namootaaf kenne Ammas waaqayyo hundumaa danda'a

  • @FiromsaWako-df5uw
    @FiromsaWako-df5uw2 ай бұрын

    Yerich, warra akkasiif hudhaadha! Gatiikee Waaqayyoon malee, Nama irraa Qeeqa malee deebii gaariin hinjiru!

  • @TimeIsUp365
    @TimeIsUp3652 ай бұрын

    Manni isaa haa bitamuuf saba waaqayyo

  • @NuguseHamo
    @NuguseHamo2 ай бұрын

    Namni kuni nama dhugaati Biyyi lafaa nama dhugaatif hin taatu 😢 Namni akkan garaa wangeelaa qabu biyya kana keessa 😢 Jiraachun isaa anaaf dinqiidha

  • @tarikayoarero4612
    @tarikayoarero46122 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ seniyekooo siboo qabetikoo ati namabirafisi fakeenya garitate wani gari nuqabatedhufite jajabadhu nama waqqayo waqoyoni akana calati sihajabesu dhugefanaketi fufi fakena garinutaera ❤😅 woli birimachuni ebifamudha sabba waqayo walit hicalisina jajabesa kana calati

  • @user-ix1hb2of9e
    @user-ix1hb2of9e2 ай бұрын

    ♥️♥️♥️♥️♥️😢😢😢😢😢

  • @user-ni8bg3mi2y
    @user-ni8bg3mi2y2 ай бұрын

    Malooooo gara nama nyata ufffff

  • @user-ge1pu9ov5c
    @user-ge1pu9ov5c2 ай бұрын

    Diinni gowwaadha sin balleessuu barbaadeetu dhiibee gara ulfinaatti isin baase nama waaqayyoo dhugaadha nan amana waaqayyo waan haaraa ni godha waaqayyo gamoo siniif qopheesseera maqaa yesuusiin siniif ta'eera 😢😢😢😢

  • @HdudhHdudh
    @HdudhHdudh2 ай бұрын

  • @user-bx7st7bb5l
    @user-bx7st7bb5lАй бұрын

    😭😭😭

  • @user-gq2hb5ey3t
    @user-gq2hb5ey3t2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @dawitgemechu.
    @dawitgemechu.2 ай бұрын

    🥰🥰🥰

  • @user-jh4pu6up6g
    @user-jh4pu6up6g2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤😢

  • @sfoosfoo2550
    @sfoosfoo25502 ай бұрын

    Akamini.agatuni.yookini.lakofisa.maxasa.kaa.?

  • @sfoosfoo2550
    @sfoosfoo25502 ай бұрын

    Maalifi.lakofsi.buki.sani.hin.maxasine.?????

  • @aberadamiseofficialyoutub

    @aberadamiseofficialyoutub

    2 ай бұрын

    Barreeffameeram

  • @TimeIsUp365
    @TimeIsUp3652 ай бұрын

    Waaqayyo gatii nama isaa ni kaffalaaf. Jabaadhu gatiin kee guddaa ni ta'a!!

Келесі