Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Gara Duula Na Filadhaatti Deebi’anii Jiru

Ойын-сауық

0:00 Mariin Baahir Daaritti Geggeessame Mana-maree Nageenyaa Dhaabuun Isaa Himame
4:15 Turkiin Dhimma Buufata Galaanaa Somaaliilaandiin Wal-Qabatee Marii Araaraa Itiyoophiyaa Fi Somaaliyaa Seenuu Eegaluun Himame
10:55 Jiraattonni Aanaa Darraa, Gandoota Tokko Tokko Keessatti Halellaan Hidhattootaan Nurratti Geggeessamaa Jira, Jedhu
16:15 Wal-falmii Dorgommii Prezidaantummaa Torban Dabreetii Booda, Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Gara Duula Na Filadhaatti Deebi’anii Jiru
21:26 Dhukkubni Midhaan Tortorsu Oomisha Jijinbilaa Naayijeeriyaan Galii Guddaan Ittiin Argattu Miidhee Jira
25:55 Dorgommii Fiigichaa “Mechaal Itiyoophiyaa fi Waancaa Awurooppaa Marsaa 17ffaa
Wal-falmii Dorgommii Prezidaantummaa Torban Dabreetii Booda, Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Gara Duula Na Filadhaatti Deebi’anii Jiru
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

Пікірлер: 6

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz20 күн бұрын

    Yooyaa VOA gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️

  • @abdulayitube9959
    @abdulayitube995919 күн бұрын

    ❤❤❤❤

  • @EsayaaGoshu-zg4mc
    @EsayaaGoshu-zg4mc17 күн бұрын

    baayyyee namatii toltu

  • @AnnoyedIslandVacation-xv2sh
    @AnnoyedIslandVacation-xv2sh20 күн бұрын

    Oduu

  • @DhugomsaaAmmadin
    @DhugomsaaAmmadin20 күн бұрын

    Don't

Келесі