Jawween akka na liqimsuuf natti ergameera/Taj.Quumilaachew Amanuu - Keessummaa Mo'aa /kutaa 2ffaa

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
MOAATV
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
kzread.info/dron/3Z2utVF2PlOlV1L7uXXUIw.html
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 26

  • @naolsamuel8696
    @naolsamuel869619 күн бұрын

    "Waaqi keenya Yesuus Kiristoos ilma Waaqayyoo ti!" Ameeeeeeen🔥🔥🔥🔥🔥

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata402518 күн бұрын

    Yesuse gooftaadhaa bag waqqayyoo siin olchaa Abbaa keenyaa🙇🙇🙇🙇🙇🙏🙏🙏🙏

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa26618 күн бұрын

    Dinqiidha hojiin waaqayyoo isaaf safuudha!!!!!🙏🙏🙏❤❤❤😍😍📚📚📚📖📖📖Jesus pawor!!!!!!!!

  • @AberashFufa-oq5ng
    @AberashFufa-oq5ng21 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ ebifaamaa ebifaamaa

  • @iyobgurmessa6751
    @iyobgurmessa675121 күн бұрын

    eebbifaama bayyee dhuugaa bahuumsa irraa barataamuudha bayyee galatooma

  • @user-ln8qv4bc1g
    @user-ln8qv4bc1g22 күн бұрын

    Uuuuuuffee waaqayoo isinifihaa ebisuu ebifaamaa TV mo, aa ulfaadhuu Abbaa koo ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @MitikuGudina-og4pf
    @MitikuGudina-og4pf20 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤.waan baay'ee irraa baraadheera waaqayyoo baraa keessani haabisuu ebbifamaf .Ani tajaajiilaa waaqayyoo itti baay'ee gamaadee ebbifamaa❤❤❤❤❤❤.Tv mo,aa baay'ee gaaltoomaa.Efireeme ati illee ebbifami Gooftaan si haabisuu ebbifami.

  • @lattuutube
    @lattuutube19 күн бұрын

    Dhugaa batii ajabaa dhaa dhugaa ebbifamii

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa138419 күн бұрын

    Wowowowowo eebiifammaaaa dhugaa 😢❤ Waaqayyoo beekadhaa

  • @useruseruser4931
    @useruseruser493116 күн бұрын

    Ebbifamaa Ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @alialali197
    @alialali19722 күн бұрын

    Waaqayyoo Bara Jireenya Keessani Haa Eebbiisuu Eebbiiffama nama waaqayyoo Ammeeeeeeeen

  • @nanat1397
    @nanat139721 күн бұрын

    Wow Waaqayyoo isiin haa eebbisu barumsaa guddaadha kun

  • @AsaantiiTaammiruu
    @AsaantiiTaammiruu19 күн бұрын

    Dhuga-baatii ajaa'ibaati waaqayyoo gooftaan baga sin oolfate galata isaa waaqayyoo gooftaan haa fudhatu

  • @KumaHailu-hm6lq
    @KumaHailu-hm6lq21 күн бұрын

    Waww ergaa gudaadhaa nufii jiradhaa

  • @derejeatomsa1218
    @derejeatomsa121814 күн бұрын

    Kitaabni Kun akkanni Harargee ga'uuf keessummatti immoo afaan oromoo isaa naannoo Haramayaa Universitii fi Magaalaa Harar akka ga'uuf osoo haalaa mijeessitanii ni barbaanna adaraa (1000x)

  • @bayisefita5310
    @bayisefita531021 күн бұрын

    Ameeen waqayyooo issin ebbisuu ebbifama dhugaa buhumsaa addati❤❤

  • @user-gq2hb5ey3t
    @user-gq2hb5ey3t22 күн бұрын

    Uuuuuuuufffffffeeee dhugaa Ebbiifamaa seennaa baay'ee namaa ajjaa'iibuudha Ebbiifamaa❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ShewayeBedada-lc1iy
    @ShewayeBedada-lc1iy20 күн бұрын

    Bilbila keessan nuuf erga

  • @user-do3lh2pn4w
    @user-do3lh2pn4w22 күн бұрын

    Waw seena ajjabsissa❤❤❤

  • @QubaEshetu
    @QubaEshetu22 күн бұрын

    It is so amazing testimony .thank you very much

  • @Dassitaabazzuu
    @Dassitaabazzuu21 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-do3lh2pn4w
    @user-do3lh2pn4w22 күн бұрын

    Efoo goftaan siin Eebbissuu

  • @johntalila9854
    @johntalila985420 күн бұрын

    baga waaqayyoo isin olfaate

  • @sfoosfoo2550
    @sfoosfoo255020 күн бұрын

    Ani.bayee.nati.tolee.dhugaa.waaqaayoo.isini.ha.ebisu.dacha.dachadhani

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa141522 күн бұрын

    Tarataratii gaariidha 😂😂 oduu durii. Anii jedhuu maaf namnii waa’ee seexanaa akkanaa guddisee haasa’aa oola!

  • @johntalila9854

    @johntalila9854

    20 күн бұрын

    sif hin gale waan tahef sit hin faradamuu kanaaf iyyuu hanga gudumma waaqayyoo amantuti iccitin dhugaa bahumsa kana sif hin galu obbolleessa koo kanaaf gara gooftati kottun