Hiree drama kutaa 56

Ойын-сауық

Hiree drama kutaa 56 | Hiree drama Episode 56
Hiree drama season three
For partnership and support: hireedrama@gmail.com
Follow us on
Facebook - / hireedrama
contact:
Kumsa Tamana(Director)
/ kumsatamana
/ dawitij (Dawit Gizachew)
Don't forget to choose the best actor/actress
performance for this weeks episode on the comments section.
Official HIREE Afaan oromoo drama copyright of LEKA FILM PRODUCTION, the only original HD video on KZread for more video, photos, behind the scene, actors Subscribe to our channel.
WARNING!! The unauthorized download and republish on any social media, reproduction or distribution of this copyrighted work is illegal.
#Hireedrama #Hiree56
Hiree drama kutaa 55 hiree drama

Пікірлер: 868

  • @HireeDrama
    @HireeDrama5 жыл бұрын

    Subscribe and share #hireedrama

  • @oroqueengirlchannels1911

    @oroqueengirlchannels1911

    5 жыл бұрын

    Baay'ee isiin jalanaa nuf jabadhaa.

  • @amaantaakoojijiiru3084

    @amaantaakoojijiiru3084

    5 жыл бұрын

    Wow wow baga nagaani nuu dhuftani qopheessitotaa dirama hiree malloo ani shuba yaddee du.eyyuu

  • @azezha9078

    @azezha9078

    5 жыл бұрын

    Sirriitti jabaadha itti fufaa dirmaaman kuni diraamaa seenaa guddaa uf keeyisa qabuudha Akka Afaan biraa Afaan keenya kabajamuu dhabee Aartin keenya duddubatti Hafus sochii isin kaffaltii malee Afaan keeyisan guddisuuf jecha Tattaafattan kana rabbiin kaayyoo keeyisan galmaan isiniif haa gahuu jabaadha itti fufaa

  • @amiiluuyaasin1724

    @amiiluuyaasin1724

    5 жыл бұрын

    Hiree Drama wwww mashaalla bayye bareddu

  • @amiiluuyaasin1724

    @amiiluuyaasin1724

    5 жыл бұрын

    Hiree Drama 😍

  • @amartiadane3181
    @amartiadane31815 жыл бұрын

    Wooww bagaa nagaa dhuftaan har'aa tokkofani ilalee namnii diramaa Hiree jalaatan like nafi godhaa 👍❤❤❤❤ oromoo koo

  • @rahimrahim8936

    @rahimrahim8936

    5 жыл бұрын

    Wwwwwww baga dhufatani

  • @rahimrahim8936

    @rahimrahim8936

    5 жыл бұрын

    Goshii sii baga urjii lafatuu setee

  • @amartiadane3181

    @amartiadane3181

    5 жыл бұрын

    @@rahimrahim8936 dhugaa laatun suun jechaan sammuu urjii ajjestee mee

  • @girmabale7419

    @girmabale7419

    5 жыл бұрын

    baay.ee gariidha jabaadha

  • @darahuwei6422

    @darahuwei6422

    5 жыл бұрын

    Wawooooo baga nagan dhuufte

  • @oroqueen1722
    @oroqueen17225 жыл бұрын

    Namnii akaa koo Abdifii urjii jalataan like godhaa ♥️

  • @jimatube251

    @jimatube251

    5 жыл бұрын

    🤙

  • @feenetiiwalggaa8010

    @feenetiiwalggaa8010

    5 жыл бұрын

    @@jimatube251 👍👍👍

  • @chaltouchaltou2593

    @chaltouchaltou2593

    5 жыл бұрын

    Urjiikoo jabadhuu Abdiikee wajjin hangaa dhummatti waliin turii

  • @milkiihaccalu2629

    @milkiihaccalu2629

    5 жыл бұрын

    Bayyeen jaladhaa anis

  • @hawwiidachaasaa6390

    @hawwiidachaasaa6390

    5 жыл бұрын

    Hedddddduuun isaan jaaladha👄👄👄👄👄👄❤

  • @mashomulugeta7651
    @mashomulugeta76515 жыл бұрын

    Well come hirre kenyaa nu jalaa baddanii uuuuufff aboo urjiikoo akkaa har'attii na gammachistee hin bektuu mee like naa beksisaa warrii urjii jalatanii😘

  • @burtetilahunjiraaguyaantok3253
    @burtetilahunjiraaguyaantok32535 жыл бұрын

    Namni qabof adhaa qabo jalataa like xuqaa me🌝

  • @fowzeaevrahim8381

    @fowzeaevrahim8381

    5 жыл бұрын

    Urjii koo jajabadhu

  • @fowzeaevrahim8381

    @fowzeaevrahim8381

    5 жыл бұрын

    Adii fi urji bayeen sin jaladha 💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋

  • @lailaahmed4984

    @lailaahmed4984

    5 жыл бұрын

    Kuno laik

  • @wassanwassan8260

    @wassanwassan8260

    5 жыл бұрын

    Abdi Fi urjii bayan sin jaladhaa

  • @fireetube9032

    @fireetube9032

    4 жыл бұрын

    Qabon bayyee garaa nanyataa uuuuuufff jalalii ini hadhaa isati qabuu adaa

  • @anunegniyebetasabochetenaf1057
    @anunegniyebetasabochetenaf10575 жыл бұрын

    Awwww an haa dhufu oromoo koo Oromummaan koo na boonsaa kan jettuu like godhi 👌mee meqaa keenyatu akka qaboo osoo boo'uu haadha isan kan gargar bahee ana kan jettuu like godhi 👍❤

  • @genetgenet9859

    @genetgenet9859

    4 жыл бұрын

    Bayee namattii toolaa

  • @wollookamisee4400
    @wollookamisee44005 жыл бұрын

    ₩₩₩₩ wly akan hiren arahaa naa kofalsisee dawatotaa hiree yoo akaa anii kofaletii kofaltan like #tuqaa barumsaa heduu qabaa itii nuf fufaa jajabee koo❣👌

  • @hayaataggaro1703

    @hayaataggaro1703

    5 жыл бұрын

    Kkkkk wly anis akkasi

  • @booniemruyadesaa603
    @booniemruyadesaa6035 жыл бұрын

    woooow baga nagaan dhuftaan matii hiree namni akkakoo hiree jaalataan mee like godha❤❤❤❤

  • @oromiyaafirst2727

    @oromiyaafirst2727

    4 жыл бұрын

    abdiin fi urjiin essaa badanii

  • @hawwikasim3080
    @hawwikasim30805 жыл бұрын

    Anaa haa dhufuu matii hiree koo💞💞💞wayyii abdiif urjiin akkaan isiin jaladhuu

  • @bestrahmishatakitiidawwee296
    @bestrahmishatakitiidawwee2965 жыл бұрын

    Namnii qabofi hadha qabo jalatan like tuqii me urjii fi Abdii wajiin😭😭

  • @sofimidhaso2309
    @sofimidhaso23095 жыл бұрын

    Bekisisaa bank awashi nuraa xiqeesaaa daqiqaa 20 kessati yeroo 3 bekisisitani😣😣😣yeroon tokkoo gahadhaa

  • @jesusislife55
    @jesusislife555 жыл бұрын

    Namani abdifii urgii jalatana like godhe

  • @diboratelecom8172

    @diboratelecom8172

    3 жыл бұрын

    💔💔💝💝😍

  • @bishaanamboo7298
    @bishaanamboo72985 жыл бұрын

    Wowww baga nagaan dhuftan maati Hiree 😍😍😍 Urjii koo har'aa natti toltee ❤💗💗💗💗

  • @bestmamiye4071
    @bestmamiye40715 жыл бұрын

    Wwwwwwwwwww Urjiin akka harraa na gamchifte hin bektuu uuuuuuuuuuufff Urjif like malo

  • @feyruzaabdalla636
    @feyruzaabdalla6365 жыл бұрын

    baga nagaa dhuftani qomowani koo mee naminii akka koo dirama hiree jalatani like godha

  • @yenutube9867
    @yenutube98675 жыл бұрын

    Kaayyotuu Gaaddii Naa Qaabee Mallee Duubi Walalee Miiti jeette Urajii.koo Dhugaa jiradhuu Waggaa Kuumaaa

  • @dinkeshenu6865

    @dinkeshenu6865

    3 жыл бұрын

    Garumaa keessa naa dubbate waaqa

  • @hawwiidachaasaa6390
    @hawwiidachaasaa63905 жыл бұрын

    Qomoowwan koo❤❤❤❤jabaadhaa itti fufaa Hedduun isin jaaladha. Abdii odoon hin argin darbuu kootif😢

  • @maariyyabintiiqasim7686
    @maariyyabintiiqasim76865 жыл бұрын

    Bagaa nagayaa dhuftanii warii akkaa koo kumaa jalataa laikii godhaa 💪💖💖

  • @saifzaif7677

    @saifzaif7677

    5 жыл бұрын

    www

  • @obeeraiyobblacha8149

    @obeeraiyobblacha8149

    5 жыл бұрын

    Wwwwwwww matiwwaan hiree Diraama Hindi keessan baga nagyaan Dhuftan. harmee Qaboofi Qaboon Garaako na Raastan Uuuuufffffiii Waqayyo Qabooko kayyoo ke Galmaan Ga 'e nama Hadhasa Waliin Gamaade WaaliArgu isiin Ha Taasiisu harmeekefis obsaafi Abdiidhan Mama uumurii Dheerate Siin eegate Gammadu Waliin isiin Ha Tasiisu !!!......urjiikoo Dhugaake Jette kayyoon ofii Gowwaa nama Gooti obsii Odeessitun Eddoo Qabdu Gurake. Itti Kennin Jabadhu Kayyoketi i love All Drama hirree 💜💛💚💙❤❤💓💝💖💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @rahaabintiimusxafaa4415
    @rahaabintiimusxafaa44155 жыл бұрын

    Hiree to Naaf jiradha me namni hiree yaadani yeroo maraa akka ko like godhaa

  • @jimmaabbajifarabbajifar6427
    @jimmaabbajifarabbajifar64275 жыл бұрын

    Namnii hiree jalatu like godhaa, namnii latuu jibus like

  • @oroqueen1722
    @oroqueen17225 жыл бұрын

    I love u hiree diramaa ♥️♥️♥️😍

  • @barsisehayile6613

    @barsisehayile6613

    5 жыл бұрын

    Hundii kesaa namati toltuu jiradhaa

  • @sifaanarsii5767
    @sifaanarsii57675 жыл бұрын

    Www Anaa dhufu maatii hiree jabadhaa sanyiiwani koo baga nagaa dhuftaan

  • @gannattolasaa6094
    @gannattolasaa60945 жыл бұрын

    Dhugaa Meetii fi kumaan har'a baayyee nama bohaarsu 😂😂

  • @miliatimo5466

    @miliatimo5466

    5 жыл бұрын

    😍

  • @mimiikurkuree4407

    @mimiikurkuree4407

    5 жыл бұрын

    Dhuga keeti qara nama arsiti 😂😂😂

  • @hawwijimma105
    @hawwijimma1055 жыл бұрын

    Urjiin har'a natti tolte💪💪

  • @wakaghosn3022
    @wakaghosn30225 жыл бұрын

    Wowowowowow bayeee bareduu wanii ujii bayee nama gamachitaaa

  • @hawwiihawwii7363
    @hawwiihawwii73635 жыл бұрын

    Urjii koo haraa naa gammachifte hamma yommiti rebbamta sillaa

  • @ababachfayera826

    @ababachfayera826

    5 жыл бұрын

    Harmee koo natti fakkaatte garaa koo na raasta maaloo dhiisi hin boo'iin

  • @siiyaadeharmeekoo7372
    @siiyaadeharmeekoo73725 жыл бұрын

    kkkk wayoo gara koo kana qorichii latuu leenca abba keetii urjii koo

  • @rijalzenu777
    @rijalzenu7775 жыл бұрын

    Dramaan hiree baayy'ee namaatti tollaa jajjabbaadha ❣️❣️❣️😍😍💓💓💓 shuubaa 😅😅😅😅

  • @lovekalifaa3251
    @lovekalifaa32515 жыл бұрын

    Wwwwooowww Misensotaa diramaa hiree hundaan kesaan Heduu isiin jaladhaa Nuuf Galatomaa sanyiwaan koo Oromoo koo ❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘

  • @mariahethiopia6575

    @mariahethiopia6575

    5 жыл бұрын

    😢😢😢😢

  • @siikoosiikoo2481
    @siikoosiikoo24815 жыл бұрын

    urjiikoo hiriyaakoo lv you soo much and l like hire dirama 😍

  • @gannattolasaa6094
    @gannattolasaa60945 жыл бұрын

    Waww Baga nagan dhuftan maatii drama hiree

  • @abdiinkeenyajiraataadhaame1848
    @abdiinkeenyajiraataadhaame18485 жыл бұрын

    baay.ee namatti toltu jabaadhaa sabontota kenyaa 👍👍👍❤💋❤💘❤❤

  • @sofimidhaso2309
    @sofimidhaso23095 жыл бұрын

    Namin urji jalatani like tuqaa😂😂

  • @sabotuuarsiiasalaa7273
    @sabotuuarsiiasalaa72735 жыл бұрын

    Wowow baga naganii nufii dhufatanii hirmatota dirama hirre isini jalana😍😍

  • @munarayyaa3195
    @munarayyaa31955 жыл бұрын

    Uffuuuuu urujii Koo jabadhu Bayyee natti tolatee Dhugaa rabbi 😍😍

  • @user-qb7dy1fz6f
    @user-qb7dy1fz6f5 жыл бұрын

    woo woow woow akkami love you

  • @sumayabinttiiislmaa6696
    @sumayabinttiiislmaa66965 жыл бұрын

    Bayee namatti tolaa wwwwwww urjii aksitti ittii himii maaf hin kabalin argaa waraa sii dhibuu atti intalaa garidhaa 👍👍👍👍👍👍💖💖💖💖

  • @bashaadduarsiii9206
    @bashaadduarsiii92065 жыл бұрын

    Urjiin har'a na gammachiiste Nama anuma qofatu jira anuma qofatu dandaha jedhuuf deebii kenniteerta

  • @milkettilemathankyoujesusl1138
    @milkettilemathankyoujesusl11385 жыл бұрын

    wowowo bagaa nagaan dhuftaan lami wan koo❤❤💖💖

  • @tseheytakalu7935

    @tseheytakalu7935

    5 жыл бұрын

    Kumaa malif waan tokko irraa deebituu

  • @user-bm5rq5lp1d
    @user-bm5rq5lp1d5 жыл бұрын

    Uuuuuffff kaa Anna dhufuu maatii hiree meee kaan ormaa Otto tahe shere like gottuu comment like shere dhaan jajabessa enyuutuu enyuu gadii jabadhaa

  • @sifaanijiraa9336
    @sifaanijiraa93365 жыл бұрын

    Kumaa fi meetiin dhugaa bayyee namatii toltuu 😍😍💗❤😀

  • @Helutube-o7k
    @Helutube-o7k5 жыл бұрын

    Urjii&abdii👌😍hireen kessa kooti eenyu hiree jallaata mee🙏

  • @galmaadhugaafjiraadhugalma435
    @galmaadhugaafjiraadhugalma4355 жыл бұрын

    bagaa nagaan dhuftiin hiree koo😘😘

  • @jafermohammed925
    @jafermohammed9255 жыл бұрын

    Wow yeroo dheeraaf isin hordofaan jira drama afaan oromoo akkas na tole argees hin beeku jabaadhaa keep it up guys

  • @sabbontuushawaa1321
    @sabbontuushawaa13215 жыл бұрын

    Bagaa nagan dhuftan matii diramaa hiree bayya'ee isin jalanaa jabadhaa lammii ko! Urjii ko hara'aa Bayy'ee naa gammachistee! Jabadhuu abdiin ketuumaa❤❤❤❤

  • @teewahidoofiqirnat413
    @teewahidoofiqirnat4135 жыл бұрын

    Uufffff ijjo anni hadhaa qabof qaboo ilalluu hin danddenyee😭😭

  • @halimaaurgeessa9956
    @halimaaurgeessa99565 жыл бұрын

    Urjii koo abshiri Abdiin keetuma hin dhagayini waan intalaa fokkattu tana

  • @ababechmucaakayyoo5730
    @ababechmucaakayyoo57305 жыл бұрын

    bagaa nagaan dhuftaan kabajamo fi jalatamtoota dirama hiree bay'ee namati tollutu jabadhaa qomoo ko👍👍👍👍❤❤❤❤❤

  • @alemitug8858
    @alemitug88585 жыл бұрын

    Wwooww!!bagaa nagaan dhuftan kabajamtoot dirmaa hiree hunda keessanu isinan jaaladha jabbaadha qomoo koo dirman keessan barumsa heddu dabarsa!!❤❤❤

  • @chalihasini3388
    @chalihasini33885 жыл бұрын

    Wowowo baga naga dhuftani dirama hiree hedu nati toltani

  • @realtobe6894
    @realtobe68945 жыл бұрын

    Diraamaa afaan oromoo tuu Kanuma qofa film Ellaa ti annee

  • @fateemafateema132
    @fateemafateema1325 жыл бұрын

    Uuuuuuuffff baga nagaan dhuftaan lamiwan koo bayee isin jaldhaa ❤❤❤❤❤like godhaa

  • @hawaaentertainment
    @hawaaentertainment5 жыл бұрын

    Guyyuuma tokko boouu Wayyaa! Hiree keenya!!

  • @duretioromia1355
    @duretioromia13555 жыл бұрын

    Urjiin hardha Nagammachiifte Bravo 💪👌❤

  • @ayamabelcha4088
    @ayamabelcha40885 жыл бұрын

    Baga dhuftan sanyiiwwan koo ❤️❤️❤️❤️🌹👍

  • @abebaararsareba9405
    @abebaararsareba94055 жыл бұрын

    Waaawwwwww dirama hiree bagaa nagaan dhuftaan bay'ee sin jallannaa

  • @kiyyasimale7887
    @kiyyasimale78875 жыл бұрын

    Baga nagadhan dhufta mati hiree isina jaladha mati hiree hunda kessanu I love hiree family💖💖💗💗💗💗😘😘😘😘😘😘😘

  • @singitandereje9683
    @singitandereje96835 жыл бұрын

    Uuuuuuufffffeeeee baga nagan dhuftanii maatii hiree isin jaalana💕💕❤️❤️❤️❤️

  • @user-vu8fn1iu2y
    @user-vu8fn1iu2y5 жыл бұрын

    Ardhaa akami naa kofalchiftaani kumaa meetii. Jabadhaa qaboo koo jabadhuu. Adarraa

  • @destadegefa5869
    @destadegefa58695 жыл бұрын

    Wowwwwwwwww Baga nagaan nuu dhuftan warraa hiree hireen seenadha seena namni kamuu keessatti ofii arguu nuufi jiraadha isin jaalannaa .

  • @zeedarsiofiitaijiraadhuu5294
    @zeedarsiofiitaijiraadhuu52945 жыл бұрын

    Urjii jabadhu dhogii roro ofii irra baay'ee namati tolaa nuuf jiraadha oromoo koo baay'ee isiin jaalana baay'ee isiin kabajna maatii Hiree 👍👍👍👍❤❤❤❤❤

  • @waqayyootikseekotiiwaqayyo9284
    @waqayyootikseekotiiwaqayyo92845 жыл бұрын

    Wowow Bagaa Nagaan dhuftanii Baay'ee namati tolaa jabadhaa Latuu sii immo sii irraa hin bareduu urjidhaani looluu kee

  • @audanobrru2249
    @audanobrru22495 жыл бұрын

    ilmoon durbaa balbala irraa dabatee bosee. ...... dhugaa keedha meetii inni yeroo keenyaa hafee 🙎‍♀️🙎‍♀️🙎‍♀️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️

  • @urjiiitalaabadiyya1947
    @urjiiitalaabadiyya19475 жыл бұрын

    Wwooww bagaa naganii dhuftani hiree bayyenii isinii jaladhaa jabadhaa sabototaa kenyaa

  • @jesusislife55
    @jesusislife555 жыл бұрын

    Welcome hire koo ❤️❤️❤️❤️

  • @fozeemusxafaa7337
    @fozeemusxafaa73375 жыл бұрын

    Kkkkk urjii akkasi baga itti agarsiifte mataa gadi qabanaan dadhabduu si seete qacoon kun

  • @muddaibrahim1895
    @muddaibrahim18955 жыл бұрын

    Meetii & Kumaa!👌 Hahaha na bohaarsaniiru.

  • @olmaankeenatiulfateeyaawaq9219
    @olmaankeenatiulfateeyaawaq92195 жыл бұрын

    Baga naga nuuf dhuftan jajabewwan maati hiree hundaa keessa baay'ee sin jaaladha har'aa gaarruu anatu tokkoffaadhaa coomment dhagesanirtu 😘😘😘

  • @dhugaafnajiradha6583
    @dhugaafnajiradha65835 жыл бұрын

    Baga bagan dhuftan maati dirama hiree heddu isiin yaade namni dirama hiree akka kiyyati jalatan like naf godha

  • @yerosanisultisulti2954
    @yerosanisultisulti29545 жыл бұрын

    Dirmaa akkanati namati tolu takka hin arginee jiradhaa bayye

  • @seenaalemmi4037
    @seenaalemmi40375 жыл бұрын

    Bagaa nagaan nuf dhuftan maati hiree isiin jaalanna draman keessan baay'ee nama hawwata!! Jaabadha..adaara warrii WiFi free fayyadamtaan ...subscribe godhaa yoo dramichi gadii dhiifamuu battalumaatti isiin bira gaha waan ta'e like and share yaa jajjabeesinuun dhamsaa kooti hora bulaa love you qomoo koo!!@

  • @iloveyoumyhoneyiloveyoumyh3976
    @iloveyoumyhoneyiloveyoumyh39765 жыл бұрын

    Baga nagan dhuftan matiwan hirree uuuuuuuphaaaa bayye isin jalanaa❤❤❤❤💋💋💙💙💙💖💖💕💕💓💜💛

  • @keetunaabonsaiyasus4193
    @keetunaabonsaiyasus41935 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftaan maatii dirama hiree.

  • @ebisekaa11
    @ebisekaa115 жыл бұрын

    Maati hire isn jaladhaa 😍😍kan akako hire dirama jaltan like 😍

  • @siifanwaaqayyoo9902
    @siifanwaaqayyoo99025 жыл бұрын

    Wooooooowwwww bay'ee namatii tolaa jabadhaa maatii Hiree

  • @teewahidoofiqirnat413
    @teewahidoofiqirnat4135 жыл бұрын

    Woooooo 💟 bagaa nagann dhufttan

  • @oromia6431
    @oromia64315 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftaan matii diramaa hirree😘😘😘😘

  • @makkeiahmakkeiah5077
    @makkeiahmakkeiah50775 жыл бұрын

    maatii hiree bayee issin jalalaa jajabeewaan koo😍😍

  • @gjhogwashtuopp6617

    @gjhogwashtuopp6617

    5 жыл бұрын

    Diramaa kunii namatii tolaa nuraa turinaa okee sirtii jabbaa isinii jalanaa

  • @obseobse9280
    @obseobse92805 жыл бұрын

    Wawwwu qophesitotta diramma hiree bayye namatti tolttu hunddi dessannu👍👍👍👍👍👍👈

  • @margemandhesa3131
    @margemandhesa31315 жыл бұрын

    Ijolee amanumatiimoo kometii gotaani anatuu dursaa osoon jedhuu namni 14 na dursee🤔🤔 Kabajamaa immoo akka hiree diramaa kabajanniitii!!!!!!!

  • @asas-io8hg

    @asas-io8hg

    5 жыл бұрын

    Wwww urjii koo akkaasi kuno amma booda kaabalan guurraa eshii duchii mee ufiiti dhiisi

  • @sinkeeboruu2840
    @sinkeeboruu28405 жыл бұрын

    Wowowowowowoowo baaga naagan nuuf dhuftaan matii hiree

  • @bestmamiye4071
    @bestmamiye40715 жыл бұрын

    Kkkkk yaaa shubaaaa

  • @duretioromia1355
    @duretioromia13555 жыл бұрын

    Baga Nagaan nuuf dhunfan Maatiin Hiree!

  • @user-sg9kf8xq1v
    @user-sg9kf8xq1v5 жыл бұрын

    uuuuufff Baagaa naagaan dhuftaani maatii diraama hire baayeen siin jaallaadhaa nuuf jiraadhaa laamii koo baayee naamatii tooltuu 💓💓💓💓💓💓💓💕💔

  • @fatyalsab6535
    @fatyalsab65355 жыл бұрын

    Wwwwwwwwwwwwww bagaa nuu debitanii kabajamatotaa fii jalatamtitaa diramaa hiree💕💕💕💕💕💕💕💕💕👌👌👌👌

  • @samraas1342
    @samraas13425 жыл бұрын

    wwwwwwww bayee baredaa jabadhaa garuu qabofii hatii qaboo namaa bochisuu

  • @asmasaifuasma2485
    @asmasaifuasma24855 жыл бұрын

    Mee warrii meetiifi kumaa dubbiin jaraa siin boharsee like godhaa. Yaa rabnii torbbeen nu gahiika dramaan jaraa damma calaa mi'aawa

  • @rahimayeedodolaalijii2472
    @rahimayeedodolaalijii24725 жыл бұрын

    Annaa dhufuu ijjoollee oromo lubbuu Jabadhaa isii Jalanaa💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘❤💚💚💚💚

  • @seenaadamatoedo8101
    @seenaadamatoedo81015 жыл бұрын

    Wowwww baay.ee namati toltu nuf jabbaadha baay.een isiin jaallana

  • @kiyyaalvero5312
    @kiyyaalvero53125 жыл бұрын

    Uuufffeee hire koo bayeen isin jaladha dirama hire nuf jiradha urji jabadhu uuuuuphaa

  • @waqayyoowanihundaguyyaaqab3291
    @waqayyoowanihundaguyyaaqab32915 жыл бұрын

    Uuuuuuuffff yaa haadha ofi Hadha qaboo fi qaboni baay'ee tokko nama mararu

  • @maryamtube1963
    @maryamtube19635 жыл бұрын

    Lik godhaa ijoo hiree akkaa koo jalatuu

  • @neimaneima6715

    @neimaneima6715

    5 жыл бұрын

    Maliif badan hiree ko uuphaa

  • @yaarabikoo388

    @yaarabikoo388

    5 жыл бұрын

    jabadha

  • @islamumaajiruukotiiislamum8001
    @islamumaajiruukotiiislamum80015 жыл бұрын

    Bagahaa nagahaa dhuftaniiii hireee

  • @alemetudabaa5863
    @alemetudabaa58635 жыл бұрын

    Bagaa naganii nuu dhufatanii torbanii nuu egdanitoo 😍😍😍😍😍 jalatamtotaa too 😘😘😘😍😍

  • @fammii1234
    @fammii12345 жыл бұрын

    Kkkkk dhiraale dhirsaa jiraa urjii koo hardhuma fedhaa koo naf gutee mataa gadii qabatiin yommuu jabadhuu wan hundatuu

  • @simalekoti6465
    @simalekoti64655 жыл бұрын

    wow baga nagan dhuftami dirama baye nama tol jabadh

  • @weletamariyam7715
    @weletamariyam77155 жыл бұрын

    Anaa dhufuu jaltamtotaa matii diraam hiree urjii jabadhuu 😍😍💕💕👍👍

  • @fikirhiwoote7043
    @fikirhiwoote70435 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuuftaan hiree waan keenyaa

  • @najatsanyiioromo9862
    @najatsanyiioromo98625 жыл бұрын

    Wow hiree bee natii tolee 😘😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @laaliseoroomo6660
    @laaliseoroomo66605 жыл бұрын

    Hiree koo 😘😘

Келесі