HIR-KOO- KUTAA 1FFAA

HIR-KOO- KUTAA 1FFAA

Пікірлер: 288

  • @hayyuuacademy
    @hayyuuacademy11 ай бұрын

    Baay'ee gaariidha namatti tola.Akka yaadaatti editing isaa irratti sound fi video isaa sagalee irratti waljala darbee jira.Akka fooyya'u abdii qabna. Jabaadha👌👌👌👌👌

  • @weltedji
    @weltedji11 ай бұрын

    "Sibira fakkaata" part, I'm dying😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @alimaadam1368
    @alimaadam136811 ай бұрын

    Wowow amazing drama😍😍😍

  • @kenenisabekana6147
    @kenenisabekana614711 ай бұрын

    Wow amazing ❤❤

  • @meseretasefa3305
    @meseretasefa330511 ай бұрын

    Wow Amazing ❤

  • @gaabisaabdii336
    @gaabisaabdii33610 ай бұрын

    Diraamaa addaati dhugaa Rabbii natti tole ❤❤❤

  • @SamuelBultiTube
    @SamuelBultiTube11 ай бұрын

    Wow baayyee namatti tola. Jajjaboo Oroo jabaadhaa!

  • @tamiratduressa8075
    @tamiratduressa807511 ай бұрын

    wow what amazing comedy keep it up!👏

  • @abdiirabbumaaabdataa2710
    @abdiirabbumaaabdataa271011 ай бұрын

    ❤❤❤Anaa dhufuu Dheebuu Qoosaa keessaanii baay,ee yaadneerraa baga nagaan dhuftaan.!!!❤❤❤❤

  • @shitomoha6927
    @shitomoha692711 ай бұрын

    I love this 😂😂😂Jabadhaaa

  • @proggenius2024
    @proggenius202411 ай бұрын

    Diraamaa Kofalchiisaa bareeda tahedha. Amazing performance!

  • @zeytunaaahmed7264
    @zeytunaaahmed726411 ай бұрын

    Qaqaaliwaan koo nufii jiradhaa heduu namatii tolitaan dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nanboontamee
    @nanboontamee11 ай бұрын

    Wow 😲😳 Amazing

  • @gemechisnega3967
    @gemechisnega396711 ай бұрын

    Wow!Baga nagaan dhuftan qaaliiwwan keenya🥰🥰

  • @user-6Dinkamegersa
    @user-6Dinkamegersa5 ай бұрын

    Amazing movie

  • @olyaadwarqinaatube
    @olyaadwarqinaatube11 ай бұрын

    lovely❤

  • @ggwgsvhbbw5193
    @ggwgsvhbbw519311 ай бұрын

    Wow bayyee namati tollaa nu jiradhu ❤❤❤❤😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉

  • @onlyjesus7594
    @onlyjesus759411 ай бұрын

    Amazing 💯%

  • @claraahmed9796
    @claraahmed979611 ай бұрын

    Lovely❤❤❤❤❤❤

  • @Orthodox.
    @Orthodox.11 ай бұрын

    Jabaadhaa Ijoollee Keenya Garuu Sound Lipsing sirrii miti isa nuuf sirreessaa daran akka draaman kun bareeduuf ......kana caala nuuf jabaadhaa❤❤❤❤

  • @EHATube1
    @EHATube111 ай бұрын

    Appreciated ❗️

  • @samimezgabu9443
    @samimezgabu944311 ай бұрын

    Waan gaariidha jabaadhaa itti nu fufaa❤

  • @Sami_Mersha
    @Sami_Mersha11 ай бұрын

    Namatti tola jabaadhaa! itti fufiinsa nuuf ha qabaatu!

  • @eborebira210
    @eborebira21011 ай бұрын

    Woooow jaabadha ittii nuuf fufaa🥰😘😘♥️♥️♥️♥️

  • @bekifocus
    @bekifocus11 ай бұрын

    Unstoppable 🔥🔥🔥 Share please 🙏

  • @assders6682
    @assders668211 ай бұрын

    Bagaa naganii dhuftani 🎉🎉 qossani kesaani bayyee namatii tolla jabadhaa🤣🤣🤣🤣

  • @kifleayana7273
    @kifleayana727311 ай бұрын

    Jalqabbii hawwataaf bu’aarsaa. Jabaadhaa,galatoomaa!❤❤❤❤❤😂😂

  • @YoniTube129
    @YoniTube12911 ай бұрын

    Very funny 😄 😂

  • @derbyderby3282
    @derbyderby328211 ай бұрын

    Kkkkkkk 😅 dasii jetuu dhugaa 🥰 jabadhaa itii fufaa

  • @ismaeilalameri2559
    @ismaeilalameri255911 ай бұрын

    Jabadhaa bayee namati tola hoji garidhaa

  • @kindebuli3098
    @kindebuli309811 ай бұрын

    Anaa dhufuu warraa dhangaa! Hojii gaarii dha eebuu bara meqa

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335
    @hawwiiintalaatawayidootube933511 ай бұрын

    wwwww jabadhaa heddu namatii tolaa 😍

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar147711 ай бұрын

    Namankan heeddu jaalladha gazeexessaa jabaa ❤

  • @genetgenet9909
    @genetgenet990911 ай бұрын

    Waqoo jajabaa namaa bagaa nagaan dhuftaan 😂😂😂😂😂❤❤❤❤

  • @Shurrubeetube
    @Shurrubeetube3 ай бұрын

    Wow best work

  • @ibraahim357
    @ibraahim3579 ай бұрын

    Haaye haadho ko jabadha heedu namati toluene koomedin keesa dhugaa

  • @user-gd4wn3hi9h
    @user-gd4wn3hi9h3 ай бұрын

    Best comedian ❤❤❤

  • @Eliastariku2nd
    @Eliastariku2nd11 ай бұрын

    Unstoppable 👋🏿 😂

  • @user-qx5kf7kr4u
    @user-qx5kf7kr4u11 ай бұрын

    Wow ❤❤

  • @warkiikasaa6181
    @warkiikasaa618111 ай бұрын

    Wawuu bayyee namatii tolaa itii fufaa🎉🎉🎉🎉

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain813711 ай бұрын

    WOW bayyee namati Tolaa jabadhaa❤❤❤❤❤

  • @hamitesema4735
    @hamitesema47358 ай бұрын

    Woww wow na toleera hay hirkoo

  • @guutaa1
    @guutaa111 ай бұрын

    please not suspend this drama! and also promotion is important!

  • @photography6969

    @photography6969

    11 ай бұрын

    What do you min???

  • @BelayDaba-ch8qc
    @BelayDaba-ch8qc11 ай бұрын

    Baayyee nana bu'aarsaa itti fufaa.

  • @bishaqeefiqiru1599
    @bishaqeefiqiru159911 ай бұрын

    Jabadhuu qaqaliiwwan kenyaa ❤❤❤❤

  • @obseatube1719
    @obseatube171911 ай бұрын

    Wow hojii gaariidha dhugaa bashannansiisa waa hubachiisuu akka nurraa hin dhaabne pls #Hirkoo:- waan qabdan nuuf hiraa😅

  • @getudiriba3211
    @getudiriba321111 ай бұрын

    wow baay'ee namaatti tola!!! garuu xiqoo quality sagaale osoo sireesatanii caalatti bareedadha

  • @Genet800
    @Genet80011 ай бұрын

    Oromoo koo hamtun sii hin argin waan hundumaan nuu midhagsee waaqni galata waaqa ❤❤❤❤❤

  • @gurmesaalemu4150
    @gurmesaalemu415011 ай бұрын

    wow! hedduu nama barsiisaa bashanansiisa

  • @kennaa4389
    @kennaa438911 ай бұрын

    VERY GOOD! # ETV

  • @Littileorogyrl-rm9uo
    @Littileorogyrl-rm9uo11 ай бұрын

    Waaqoo miss u really 😂😂😂

  • @abmabrm4355
    @abmabrm435511 ай бұрын

    Bayyee namatti tolo Jabadhaa

  • @josephshaikh3612
    @josephshaikh361211 ай бұрын

    Bay’ee namatii tolaa❤❤❤❤❤❤

  • @msrahz6184
    @msrahz618411 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ good job

  • @getachewemiru7212
    @getachewemiru721211 ай бұрын

    Wooow Amazing! Please try to fix synchronization issue!

  • @joobiratube
    @joobiratube11 ай бұрын

    Welcome Hirkoo

  • @user-dx4oc9ll8h
    @user-dx4oc9ll8h11 ай бұрын

    Jabadha❤❤

  • @abdigadisa
    @abdigadisa11 ай бұрын

    Waaqayyoof galanni haa ta'u kan kanaan nu gahe

  • @ErmiyasAlamayo
    @ErmiyasAlamayo3 ай бұрын

    Good ☺☺☺

  • @hesud9588
    @hesud958811 ай бұрын

    wowww🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @wasihunazezew7005
    @wasihunazezew700511 ай бұрын

    Wow baay'ee namati tola

  • @Littileorogyrl-rm9uo
    @Littileorogyrl-rm9uo11 ай бұрын

    So funny 😂😂😂

  • @isaahmed4660
    @isaahmed466011 ай бұрын

    Good job bayyee nama tola itttii fufaa

  • @hayilugichile7304
    @hayilugichile730411 ай бұрын

    Jabaadha, hojii gaariidha

  • @Diribaasfawuofficial
    @Diribaasfawuofficial11 ай бұрын

    Wel come itti nuuf haa fufamukaa

  • @yearsiiassalalij2668
    @yearsiiassalalij266811 ай бұрын

    Wwwwwwel come ❤❤❤❤

  • @zabiba1116
    @zabiba111611 ай бұрын

    Kkkkkkkkk wayii waqoo dudubni kesaniis isuma durii🤣🤣🤣🤣

  • @tube-ke3sh
    @tube-ke3sh11 ай бұрын

    waan gaariidha garuu haasawni fi dubbin afaanii walitti hin deemu

  • @user-jb6sn7yx6k
    @user-jb6sn7yx6k11 ай бұрын

    Wawooo❤❤❤

  • @mulusoressa752
    @mulusoressa75211 ай бұрын

    Wow jabbadhaa ❤❤

  • @sbd3709
    @sbd370911 ай бұрын

    Wow welcome

  • @user-qj1sw1zv4l
    @user-qj1sw1zv4l11 ай бұрын

    Baga nagadhaa dhufaana Hir koo

  • @fitalenegashu6846
    @fitalenegashu684611 ай бұрын

    Bay'ee bardaa dhugaa

  • @user-jf8nv1hs5d
    @user-jf8nv1hs5d11 ай бұрын

    Bayyee namaatii tolaa❤❤❤❤

  • @saaddamidiris2301
    @saaddamidiris230111 ай бұрын

    Waaqoo smart man

  • @SamuelBultiTube
    @SamuelBultiTube11 ай бұрын

    Aannan irraa unatanii dhaabbatan 'Qaa' keessaa godhee lafa kaa'eem, ija koo haa dhoksu hin jedhuu.

  • @AbdiNamo-qe3dv
    @AbdiNamo-qe3dv11 ай бұрын

    waan gaarii dha babaadhaa!

  • @BilisaDima
    @BilisaDima11 ай бұрын

    Bareeda!!!!

  • @iftuhabebe162
    @iftuhabebe16211 ай бұрын

    Ani kanaan jedhu moora seenani moo utuu hin seeninin balbala rukkutu😅😅😅 adaadoon isaanii akka itti moora/gibbii seente hin beeku garuu balbala guddaa darbite ishee mana rukkutte😂😂😂 aaayyi maal isin godhu maloooooo

  • @user-zz4xw3ut6x
    @user-zz4xw3ut6x11 ай бұрын

    ባልቻ ሳፎ gotaa kan kettii mitii afuftuu hhhhhh😂it 🤣

  • @user-fj5uq4ed6f
    @user-fj5uq4ed6f5 ай бұрын

    Jabaadha hirkoo tiyya gamtaa

  • @gamachuuking3674
    @gamachuuking367411 ай бұрын

    Plc part 2

  • @user-le9xq3oc4b
    @user-le9xq3oc4b11 ай бұрын

    Yoyabagaanagaandhuftan❤❤

  • @fireederesaafireederesaa3513
    @fireederesaafireederesaa351311 ай бұрын

    Jiiradhaa saabototaa koo❤❤❤😂😂😂

  • @DANIELNabiyu-ju4on
    @DANIELNabiyu-ju4on10 ай бұрын

    Woow bareeda

  • @firaifhasan1399
    @firaifhasan139911 ай бұрын

    Jabadha Ittii Fufa

  • @maskramlindiiefa4123
    @maskramlindiiefa412310 ай бұрын

    Umataa kolfaa 😅😅😅😅❤❤❤🥰🥰🥰🥰😍😍

  • @UrgesaGonfa-ov9ui
    @UrgesaGonfa-ov9ui11 ай бұрын

    𝐆𝐨𝐨𝐝 𝐉𝐨𝐛

  • @mekdesfufa649
    @mekdesfufa64911 ай бұрын

    Akkuma kee durii gadi....😂😂😂😂😂

  • @user-pv1ct2xf7o
    @user-pv1ct2xf7o11 ай бұрын

    Well come

  • @BakriiIbraahim
    @BakriiIbraahim4 ай бұрын

    woow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fatuuahmed-oc5ms
    @fatuuahmed-oc5ms8 ай бұрын

    😂bayyee jaladhaa💔😍❤

  • @shawayyeefiqiree2214
    @shawayyeefiqiree221411 ай бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @lemibayisa8312
    @lemibayisa831211 ай бұрын

    Sound fi cinematography isaa match wal hin goone!

  • @ganetadduunnaa2873
    @ganetadduunnaa287311 ай бұрын

    Jabbadhaa baay'ee gariidhaa

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar147711 ай бұрын

    Waqoo.faa hojii keessan.eegaltani 😂😂😂

  • @beshenenuabu
    @beshenenuabu11 ай бұрын

    Wow😂🎉❤

  • @hadhaako
    @hadhaako11 ай бұрын

    A❤W😅A❤ jiraadhaa

  • @ilugrean8684
    @ilugrean868411 ай бұрын

    Waraabbiin vidiyoo fi sagalee wal simaa miti kutaa itti qabutti waan kana sirreessuu qabdu

  • @roobaagurmuu2526
    @roobaagurmuu252611 ай бұрын

    Nuuf jiraadhaa jaalaatamtoota keenya.