Hangaatuu Ahmadzaakir - Hin Teeysu Dhuftu - New Ethiopian Music 2023 (Official Video)
Ойын-сауық
Ethiopian Music : Hangaatuu Ahmadzaakir - Hin Teeysu Dhuftu - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video)
Subscribe: goo.gl/vdthqb
Facebook : / hopemusicethiopia
Instagram : / hope_music_ethiopia
Twitter : / hopemusicent
Google+ : plus.google.com/+hoplessable
Get The Latest Brand New Ethiopian Musics and More Ethiopian Entertainment Videos by Subscribing Here: goo.gl/vdthqb
#hopemusicethiopia #ethiopianmusic #hopeentertainment
unauthorised use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited
Copyright ©2023 Hope Entertainment
Пікірлер: 243
Hangatuyee waly lubbuuyee onnee koo 💋💋💋💋 anatuu siii fudhaa wadaa sif galaa amaa dafii na dubisiii
@SharDsst
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉
Sheyxaan 😢😢
Dhugaa hanishaa teenya sagalee tee dhaga'ee bakka jiruu ka'ee ammatti siif haa dhufu
❤medicine jaalalaa Eegumsaa Eegumsaa ifaa injifannoo ida'amuun dafii wal'ansaa tolchii
Hangaatuu dhugaa baay'ee bareeddadha Halumaa kanaan itti fuffii tole.❤❤ Anaa Abdee Oro hayyee jabaadhuu.❤❤
Wow sirba ajaa'ibaati Keessaafuu bakki ( hin teessu dhuftuu , hafteen bubbultu ) ja'u khun hedduu naaf tahe
Hagatu halike hedu namati tola hedun si din qisifadha hangatuye Jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ iy love you
Sirba bareedaadha jabaadhu
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
Mashaa Allah ijaa dinara hafii lammii Jabadhuu Haluma kanan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤akkasi kuno kanumaa dubiin itti cabsii hin sodattin
❤❤Si tikfannaa si jallaannaa❤❤❤ Hangaatuu Aswrwb Qophiidha Qophiidha jaalalaa biyyaaf Bultiinis Gaaddisaa gurriis Eegumsaa Masaraa
Jabaadhu qaalii teenya Heddu Galatoomi
Waaw hedduu namattii tolaa jabaadhuu
Hangaatu hedduu bareeda walaloofi yeedaaloon kee waa hundaanu qulqullina dabalatee jabaadhuu
Woow haguuyyee jabaadhuu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ hango /tenya qali nama sii bira jira jabadhu
Wow obboleti tiyyaa jabadhuu
❤
@Taju557
8 ай бұрын
🤝🖐
Wow 👏 hedduu namatti tolta dhugaa qashtiiyee
Uuuuuuuuuufff subahanala
Jabadhuu bareedduu teenya
Sirbi isii bareedaadha, walaloon Sirba isii Jechoota dhama Qaban ofkeessaa qabdi, garuu Sochiirratti xiqqo jarjara Qabdi, Haalli uffannaa isiitis ka Sochii Waliin wal simuu miti
Good jabadhuu jabadhuu
Wel come jenne bareeduu jabadhuu
As wr wb jabadhuu
Wastapiii
Jabadhuu
Wwwww hangiyee fkr😍😍😍🍎🍎Oromtiti qaali
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Baayyee bareedadha jabaadhu
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
Jabadhuu heddu takka tola
Rabbi si qaceelcu ittiyaadi
Hangoo qashtii woooowww
Galatomii yaa sabontuu tenyaa addis godhee sabiskirabis sif godhee jabadhuu naf
Wow jabadha 🎉
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Wel come
Www qalii
❤❤❤❤❤😘😘😘
Wow hedduu bareeddudha jabaadhu qaalii teenya❤
Welcome
❤❤❤
Ashaa lagaa
Jabadhuu baredu tenya ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow
Jabaadhu hojjadhu si waliin jirra 💕🙏
Iubbu bilbiila kee naf himii mee hin tuurin????? ❤
Wow hangaatuu keenya.. good job
Mashall
Waw heduu tolaa
Hojii gaariidha ❤
Good job 👏🏽 Jabaadhu Hangaatu teenya, kana caalaa itti fufi
Maashaa Allaah itti muddi gaa
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
❤dhugaan xaphatee oromtitin
Woow qashtti keenya❤❤❤❤
Waw jabaadhu hanguu
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Goods
Wowowo ❤️ jabadhuu naniyee tenyaa.
Waww
Waw qashxii tenyaa baga nagaan dhugatee ❤❤❤❤❤
Wow baredudha
Jaabadhu teenya jabadhu ❤ sii wajjin jiraa
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo
Subanallah harmicha sataradhu biya duniyati jete kasarini😢
Omg micattin akkam bareeddi❤
❤❤❤❤❤❤ jabadhu
Qulqillinni vedio 1ffaa Sagaleen 1ffaa Mixing and mastering 1ffaa Anaadhufu Naga nagaan dhufte qaalii too ❤
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Www jabadhu
Wowwwwww
Jajjaabeeffamuu qabdii miciyyoon tun jabduudhaa.
Hangatu kana boda sirba stidio akka hin dheynee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
An Haa Dhufu Baga Dhufte Kiniina Jaalalaa Qattee ❤
Jabadhuu han gatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawuwu wawuwu jajabadhu jajabeto qali baga nuf dhalate qali tiyaa
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
Jon Daniel እንኩዋን ዘፍነክ ስታወራ አንካን ታስደስታለክ እኮ ❤️❤️❤️❤️❤️ Wedded new maregek 🥰🥰🥰🥰🥰
@OromooWalloo-wn2wp
7 ай бұрын
woow Ajaa'iba ❤️❤️❤️❤️❤️
@OromooWalloo-wn2wp
7 ай бұрын
woow Ajaa'iba ❤️❤️❤️❤️❤️
Arif sera new👏👏
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Miciyoo qashtti Bagaa nagayan nu dhufte Hojin ke gariidha nu jiradhu Good Job sisi
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Jabadhuu hojiin kee baredaa hangaatuu tenyaa💕💕💕♻️♻️
Wwoo
Great job
Wow hedduu natti tolee dhugaa🥰
Love you Oromo music 🎶 🎵 ❤️ 💕 ♥️ 💓 🎶 🎵 ❤️ 💕
wow
❤❤❤🎉🎉🎉
Ee miskiina wly 😢
Baayee. Bareeda
Welcome to ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Waw jabduu❤❤❤
❤❤❤❤
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Jabadhuu qashaxii oromoo qaqalii siwajin jirraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
Baay'ee gaariidha, itti fufi
Akkam jirta
Welcome my sister ❤👌🏾
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii koo
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Nice
OK nibeytaa❤
Wawawuu ❤❤❤❤
❤❤
@artanasaliyyii
10 ай бұрын
Maatii naafiis ta ii qomoo koo
Wow Well come Habiibii Waan Ajabaati Kaa Habiibtii🥰❤️👌
Wawa waw ❤🎉
Ijolee yokan uffadhaa yokan mulqadhaa qulaa deema.
❤❤❤❤❤❤