🛑jadid Artist Hangatu Sin Jaladhaa Nattii Herumi jadhe Kararaati Qabate 🤣🤣 isinis naaf hayyamtee😆

Комедия

‪@FIROJALALA‬ ‪@MUKTARTUBE‬ ‪@ADAMATUBE‬ ‪@ummukanus‬ ‪@jadiid11‬ ‪@OROVision‬ ‪@OBNoromiyaa‬ ‪@Oromiartinstitute‬ ‪@Oromp3‬ ‪@OromiaMedia‬ ‪@caaltuutube2814‬

Пікірлер: 232

  • @Haanichoo
    @Haanichoo9 ай бұрын

    Jadid wan akana hin fenuu nuu bayee si jalanaa intalaa balagee qulaa demtuu tanaa iccii subahanallah😢😢😢😢

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @hayyatijamaalyoutube1778

    @hayyatijamaalyoutube1778

    7 ай бұрын

    Dhugaa keeti dammaa too

  • @fooziyaa6466
    @fooziyaa64669 ай бұрын

    subanallah intali quluma demtii

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏

  • @eyniyaabdulhyii2869

    @eyniyaabdulhyii2869

    8 ай бұрын

    Jadid dhifama wajii yada akana dhisii anin kunii nama kabaja qabuu baye sii kabajna intalh qulh debtu kana dhisii

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii88659 ай бұрын

    Kirstanaa moo garuu😢😢😢musilimaa Yoo tatee Rabii ☝️😭😭😭🤲 isii Haa qajelchuu

  • @Hawwiishow1234
    @Hawwiishow12349 ай бұрын

    Silaa micatin Artist jetee qulaa demtii subahanallaah yaa Rabbii nuu basii

  • @Wiilinkaanseenati
    @Wiilinkaanseenati9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @user-nn4sv6xw5n
    @user-nn4sv6xw5n7 ай бұрын

    Ishiin baredudha mashaa Allah hii garuu uffata ufadhu jedhani intala islamaa tate maliif qulaa demti Dabalatasnis warii istadio san sirritti maliif hin gargariin jedha isiifi sirbii wal hin fakkatu ❤❤❤❤❤ isiin jaladha obboleyan koo

  • @kooketi7326
    @kooketi73268 ай бұрын

    Firo fi jadid oboladhamoo maasha allah ❤

  • @ililiabrahami9525
    @ililiabrahami95259 ай бұрын

    Subahanallaa yaa mali ufaanii Nagaya hin jiruu moo yaa rabbii 😢😢😢😢☝️

  • @mustewood

    @mustewood

    9 ай бұрын

    Pls sister maatii naaf tahi

  • @seyfitube
    @seyfitube9 ай бұрын

    Jadid jirtaa habiibii ani suufiyaan obboleessa musxafaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ baga jiraatte 😊

  • @jadiid11

    @jadiid11

    9 ай бұрын

    Baga jiratte bro

  • @seyfitube

    @seyfitube

    9 ай бұрын

    @@jadiid11 keessaan nadubbisi me qaalii

  • @seyfitube

    @seyfitube

    9 ай бұрын

    @@jadiid11 ykn laakkofsa kee naaf erguu dandeessaa

  • @user-di6dw7jg2o
    @user-di6dw7jg2o2 ай бұрын

    Subhan Allah

  • @fydt5328
    @fydt53289 ай бұрын

    Subanallah rabbiin isi haqajelchu sanu kijiban wly jeta jadiin 🫢

  • @medinabamud2789
    @medinabamud27899 ай бұрын

    Subaahanalla malii kunii😢😢😢

  • @Kamillaamidiyaa
    @Kamillaamidiyaa9 ай бұрын

    Subahan Allah

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏🙏🙏❤

  • @maryem2907
    @maryem29079 ай бұрын

    Subaahan Allah Yaa Allah qullaa demaa jirtii intaalii Yaa Allaah😢atii nuu qajeelchii Rahmaata nuuf goodhi 😢wallaahi hedduu nama rifaachistii

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏

  • @tjo7642
    @tjo76429 ай бұрын

    Kkkkkkk firoon inafee walayyii

  • @user-sz4gy5el1f
    @user-sz4gy5el1f9 ай бұрын

    Subanallaa Subanallaa maal fakkatii intala muslima tatee akatii demuun malii 😭😭😭😭

  • @kadijaa9088
    @kadijaa90889 ай бұрын

    Garruu wallaah jetti akkatti ufatee subahanalah rabbiin haa qajeelchuu wallaah

  • @mageexahir-rp8iw
    @mageexahir-rp8iw9 ай бұрын

    Subahnla malii qulaa demun😂😂😂

  • @hdhhx7114
    @hdhhx71149 ай бұрын

    Suban alhaa ifi satarii

  • @sabontuoromo1667
    @sabontuoromo16678 ай бұрын

    Subhaanallaa maali kun😢😢😢😢

  • @biyaabadhaattunuukaayee694
    @biyaabadhaattunuukaayee6949 ай бұрын

    Abaaramtuu wallayi jeeta sanuu

  • @wazirrob1457
    @wazirrob14578 ай бұрын

    Kkkkkkkk good job guys 😂

  • @user-me4bu1qc1c
    @user-me4bu1qc1c9 ай бұрын

    Subaallaah 😢😢😢😢😢

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏🙏🙏🙏🖤

  • @Jamiila275
    @Jamiila2757 ай бұрын

    Subaana Allah isii Muslim mitti maalii uffaanni akkanaa qaamni isii hunduu mul'dhattaa😢😢😢

  • @rawanalhosani8867
    @rawanalhosani88679 ай бұрын

    Qulaa deemtuuyuu guutuu baafaatee

  • @SuleeymaShah-wx7oi
    @SuleeymaShah-wx7oi9 ай бұрын

    Jabaadhu

  • @mabreetofiq2261
    @mabreetofiq22619 ай бұрын

    Aauzubillahii mina sheyxanii rajim

  • @ibsashowG7
    @ibsashowG76 ай бұрын

    welcome🎉🎉❤❤

  • @Adinaan.abdallaa.sheekaa
    @Adinaan.abdallaa.sheekaa9 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @FannisTub
    @FannisTub9 ай бұрын

    Kkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂

  • @user-th1by5oo7r
    @user-th1by5oo7r9 ай бұрын

    Subaan Alhaa kun qulaa jiraa Astogiifirilaa

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🍫

  • @peaceworld2267
    @peaceworld22678 ай бұрын

    Jadie subanaa alhaa maalii kuni ittalii qulaanii

  • @ayaanorotube631
    @ayaanorotube6319 ай бұрын

    Dhuga mo jadid 🥰🥰

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Ayyaan Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏

  • @NURIYATUBE
    @NURIYATUBE9 ай бұрын

    Jadiid Akkami Hojii kee Nyyadhu

  • @user-zx5fm8jh6w
    @user-zx5fm8jh6w5 ай бұрын

    Jiradhuu umir dheradhu

  • @jemilatunna5276
    @jemilatunna52768 ай бұрын

    Yaa Rabbii Mali harakani akkana please Rabbiin Sodadha Dhalama argitan hundaan waliti hin laqamina😢😢

  • @dursituucalanqootube5984
    @dursituucalanqootube59849 ай бұрын

    Subahan Allaah 😰😰

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @amziajbril3941
    @amziajbril39419 ай бұрын

    Mucatii malifi quulla demti Subaa.aallah.nusatarii😢

  • @XayyibaaUmaar
    @XayyibaaUmaar2 ай бұрын

    Yaa rabbi nuu satarii

  • @IlilliiXahir
    @IlilliiXahir3 ай бұрын

    💟💟💟💟

  • @Halimaatube12
    @Halimaatube129 ай бұрын

    Astofurulah

  • @oromiaeducationmeltmedia4960
    @oromiaeducationmeltmedia49609 ай бұрын

    Jadiid haadha manaa eessa kesset pirank jatta

  • @user-dm6js5bj4j
    @user-dm6js5bj4j8 ай бұрын

    Subahnlamalii qulaademun🤭🤭🤭🤭🤭😢😢🤔😢😢

  • @linaatube01
    @linaatube019 ай бұрын

    ❤❤❤😂😂😂😂

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹

  • @WATAR_WOOD
    @WATAR_WOOD9 ай бұрын

    Habibi

  • @HAWWIIMEDIA557
    @HAWWIIMEDIA5578 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @ramak6144
    @ramak61449 ай бұрын

    Anii bayyee sii hordofaa garuu video 📷 kana bayyee jibbe wly dhallaa qulaa demttuu saree nattii fakattii wly

  • @hayyatijamaalyoutube1778
    @hayyatijamaalyoutube17788 ай бұрын

    Waan keyri irraatti nama qarqarruu malee waan garri kamii irraatti jajjabbessinaa yaa ummata 😢😢😢😢

  • @dineabdi-nj1gy
    @dineabdi-nj1gy9 ай бұрын

    ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @user-qe7ee6qi2r
    @user-qe7ee6qi2r9 ай бұрын

    Aauuzubilaah😮😮😮😮

  • @milkoomanharoo
    @milkoomanharoo20 күн бұрын

    As wr wb nagaya fayadha

  • @madinaissa8946
    @madinaissa89468 ай бұрын

    Shaalee uuuuuuu 😢😢😢😢😢

  • @etobh-bk1po
    @etobh-bk1po9 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-yf7ud9dd1o
    @user-yf7ud9dd1o9 ай бұрын

    ❤❤❤❤😂😂

  • @hawwiitube
    @hawwiitube9 ай бұрын

    😂😂😂

  • @obsituutube2028
    @obsituutube20289 ай бұрын

    Astagfirullah intalli maliif akkana qullaa of oftii😢😢😢

  • @ahamadqashow7323
    @ahamadqashow73237 ай бұрын

    Akkami

  • @falmiitaahajji
    @falmiitaahajji9 ай бұрын

    Asitagifirullaah Ala'aazimi Intaalii Qullama demitti @Mukitar Nama Akkan birra fagesii Calituu

  • @MaashoMuham
    @MaashoMuham9 ай бұрын

    Auzubillah qamnii ququrxame akka sululaa😂😂😂😂😂

  • @seenaalamesaa3020

    @seenaalamesaa3020

    9 ай бұрын

    😂😂🙈

  • @hdks432
    @hdks4329 ай бұрын

    Ayii Anii ufataa sanii naa Rifachiisee

  • @FatmaFa-lu5qs
    @FatmaFa-lu5qs9 ай бұрын

    Jaadid pirak kee hunda ni jaalladha garuu haar'a jibbe Kifayyan arginan hinbossille😢😢

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏🙏🙏🌹

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @AsmaAsma-qg6pe
    @AsmaAsma-qg6pe9 ай бұрын

    Auzubillah. Maal uffattisaa!!!

  • @BUrtukanBokii-vg4ki
    @BUrtukanBokii-vg4ki9 ай бұрын

    😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @sisayichallaa
    @sisayichallaa9 ай бұрын

    Artistidha mo kunii raqnii 😂😂😂

  • @nayiitube626
    @nayiitube6269 ай бұрын

    Auzubila intala Fayaa Qabdi Ofi Quluma Dematii Isayuu Wly Jetii Astofurallah😢😢 Kan aduka Dalaga Dhabadhaa Jadidi baaka In Tanee Dhabachuu adhisii Yoo Prank taheyuu😢

  • @kazniahmed
    @kazniahmed9 ай бұрын

    😄😄😄😄❤️

  • @dachastube
    @dachastube9 ай бұрын

    Si laameefadhaa 😂😂

  • @sabontuoromo1667
    @sabontuoromo16678 ай бұрын

    Duraa jaarsinuu kanaaf sigatee qullaa deemtaa😢😢😢 innuu kanaaf si jibbee deemee😢😢

  • @wadinoor8054
    @wadinoor80549 ай бұрын

    Kkkkkkk Kkkkkkk 🤣🤣🤣

  • @hmo3132
    @hmo31329 ай бұрын

    😍😍🤣🤣🤣🤣

  • @user-cw4eh2xi8m
    @user-cw4eh2xi8m9 ай бұрын

    😢😢😢😢😢

  • @ameenakadir-yi9cm
    @ameenakadir-yi9cm9 ай бұрын

    Kkkkkk😂😂😂😂😂

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏

  • @user-qq1pe2rs1y
    @user-qq1pe2rs1y9 ай бұрын

    Rabiin isii haa qajeelchu qullaa jirti

  • @user-bj1gh1sd5x
    @user-bj1gh1sd5x9 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58338 ай бұрын

    Hangatuun Dabbaan ishee aluma jira kaa abboo 😋

  • @AXX-dy8sm
    @AXX-dy8sm9 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤😮😮😮😮

  • @radiyeeorotube8178
    @radiyeeorotube81789 ай бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @samiraarsiboqoji47
    @samiraarsiboqoji479 ай бұрын

    itala qofa miti gurabanu piranki ta.e 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @zeinazeina5766
    @zeinazeina57669 ай бұрын

    Uuuufffee rabbii sitti haa araramuu qamni kee guutuun hin mul'ata maaqa amanti kee hin balessin 😢😢😢😢

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @barakqsxsw90
    @barakqsxsw909 ай бұрын

    😂😂😂kkkk

  • @madinaissa8946
    @madinaissa89468 ай бұрын

    yaa raabii kiiyaa subaan

  • @qamaruoro9974
    @qamaruoro99749 ай бұрын

    Maal fakatii Astafurulahii 😮Auzubilahii

  • @saadabintiisilammaa9078
    @saadabintiisilammaa90789 ай бұрын

    Subahaanallah yaa Rabbii😭😭 Malii kuni intalii qullaa demtii sanuu wly jettii😡😡

  • @Mamekamona

    @Mamekamona

    9 ай бұрын

    Qaalii Koottuu Maatii Kiyya Tahi🌹🙏🙏🙏🙏

  • @QerooTUBE
    @QerooTUBE9 ай бұрын

    😂😂😂😂

  • @sukariabdualrahman2519
    @sukariabdualrahman25199 ай бұрын

    😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂

  • @user-me4bu1qc1c
    @user-me4bu1qc1c9 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @hawwaadiksiis3157
    @hawwaadiksiis31579 ай бұрын

    😅😅😅😅😅😅

  • @shjdhaid4271
    @shjdhaid42717 ай бұрын

    😢😢😢🤲🤲☝☝☝

  • @habibadaraje9052
    @habibadaraje90529 ай бұрын

    ishii ilmaan muusilima taatee kanati Wal laqxii

  • @huzee19
    @huzee197 ай бұрын

    Wow dabba ka ajaibati 😮 OMG 😊

  • @ahmadd6047
    @ahmadd60479 ай бұрын

    😂2😂😂❤❤❤😂😂❤❤❤❤

  • @user-ck7bv7ub4m
    @user-ck7bv7ub4m9 ай бұрын

    Kkķkkkkk

  • @Najah-ru1qt
    @Najah-ru1qt9 ай бұрын

    Astogfurullah kun intaalti qul'aa deemti😢

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @sartuahamad734
    @sartuahamad7349 ай бұрын

    Subhan Allah miyoon ufataa akaam kayyette demtee🤦🤦

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @caaltusharif9559
    @caaltusharif95599 ай бұрын

    Astofurulla mucan muslimasila qula demtii yala

  • @memeal9923
    @memeal99239 ай бұрын

    Mucan dhugaa setee gamadee dutee😮😮😂

  • @Haanichoo

    @Haanichoo

    9 ай бұрын

    😂😂😂

  • @MariamAbu-dj9uw
    @MariamAbu-dj9uw9 ай бұрын

    Kalefii hudunii esaa jiraa😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Wiilinkaanseenati

    @Wiilinkaanseenati

    9 ай бұрын

    oromokoo maati naaf taa,a maalo❤🎉

  • @user-nq3xu8ks5t
    @user-nq3xu8ks5t6 ай бұрын

    Jadid tube jajabesa

  • @FannisTub
    @FannisTub9 ай бұрын

    Maalo oromo ko maati naaf taha

  • @fathimaa9894
    @fathimaa98949 ай бұрын

    Maalii kunii qullaa de.muu woyyaatuu😳🙈

Келесі