FULL ALBUM Eliyas Gabula Volume #3

Музыка

Email: firaolamensisa2@gmail.com
God Bless You!
#SUBSCRIBE, COMMENT SHARE !!!!!!!
Elias,Gabula,Oromo,Farfanna,Faru,Oromia,Ethiopia,Nekemte,Finfinne,Addis Ababa,Muluwengel,Oslo,Minnesota,Colorado,Faaruu,Jesus,Yesus,Waaqa,Dubai,Canada,Toronto,Australia,Wario,Efrem,Kofale,Kofele
BARA RAKKINAA,ELIAS GABULA,Jaalalli Kiristoos,Iyyi naan jedha,Oromo gospel song Elias Gabula,Asefa Wakjira,Jira Karaan,Afaan Oromo song,Elias Gabula 2016,Ethiopian gospel song,Orom gospel song,Oromo spiritual song

Пікірлер: 60

  • @Alima-ec6nb
    @Alima-ec6nb5 күн бұрын

    Jabbaa.....ebbifammii❤❤❤❤❤❤❤

  • @amel2941
    @amel29412 жыл бұрын

    ወንዲሜ ኤልያስ የሰማይ አምላክ ይባርክህ ሰማያስ ዝማሬ ሰማያትን ያሰማል ለዘላለም ተባርከህ ቅርልኝ ባንተ ዝማሬ ዛለች ነብሴ ስትበረታና እንደ ገና ስትለመልም አይቻለው ተባረክልኝ🙏♥️

  • @hapiiyegetaliji514
    @hapiiyegetaliji5142 жыл бұрын

    Amenn amenn ebifamii waqaayoo dhaballee dhaballee si. Yebisuu nufii ebifamii❤❤❤❤

  • @MasaratNuguse
    @MasaratNuguse4 ай бұрын

    Eebbifami ayaana isaa siif haa baay'isu jireenya bara baraa siif haa kennu 😢😢😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 haaleluyya

  • @DirribaFikadu
    @DirribaFikadu2 ай бұрын

    Ayyanni waqayyo keenya sirra haa jiraatu bara baraan

  • @saronyegeta8081
    @saronyegeta80815 жыл бұрын

    Uuuuuufffffffeeeee goftaankoo si haa Eebisuu obboolleessaakoo baayeen sijalladha. Farsaanke hundi isaa iyyuu erga guddaa ofkeessa qaba

  • @waliditani2445
    @waliditani24455 жыл бұрын

    Uffeeeeeeee abbaakoo jalalakeetti eenyutu addaa na baasa yesuuse waaqayyo sihaa eebbisu iluuko

  • @eirbaya5517
    @eirbaya551710 ай бұрын

    Ameeeeeeen Ameeeeeen 🤲👏🤝❤️💚🥰📖 Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa 👏🎉💐🙋💯⛪🎤🌻💚🙏😭

  • @yomsstomm113
    @yomsstomm1135 жыл бұрын

    Ameen ameen duuti hin jiru yesus si wajjin

  • @enbayebanjaw583
    @enbayebanjaw58310 ай бұрын

    Jallatamaa nama Waaqaayyooa bara kana keessaatti Waaqaayyooan qofa tajaajila jirtuu, Waaqaayyooa dadabalee si ha'ebbisuu jabadhu nyaataa jirenyaa bara kanaa irraa of eegi!waanti namoon baayyeen duukaa jiranu ni darbaa. innitti qabatee duukaa jirtuu Waaqaayyooa'n waaqessuu fi tajaajilaun duuka bu'uun garuu kan ammaattis kan bara bararaattis!

  • @aseefaasee7265
    @aseefaasee7265 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuufeeeeeee waqaayyoo baraaa kee haa ebbisuu ebbiifaamii dachaa dachaa haadhoo koo amaayuu kanaa caalaati waqaayyoo hubbana fi Ogummaa isaaf haa dabaluu ❤❤❤❤❤

  • @itisagadisa9712
    @itisagadisa97125 жыл бұрын

    Eliyaas Gabula waaqayyo Baraa jireenyaakee habisuu From U.S.A. United of America.

  • @damefurugasa7844

    @damefurugasa7844

    5 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen siitanii citee hudaa lafaa kanyee enyuutuu adaa nuu basaa

  • @magarsagudata2499
    @magarsagudata249910 ай бұрын

    Waggootaaf farfannaa kana dhageeffadhee quufuu hin dandeenye. Obboleessa koo Far.Elias waaqayyo bara kee ha eebbisu ❤❤❤❤

  • @wondwosentegegn1494
    @wondwosentegegn14942 жыл бұрын

    ኦሮምኛ አልችልም ግን ስሠማው መንፈሴ ይነቃቃል

  • @tigistgirma6941

    @tigistgirma6941

    11 ай бұрын

    እኒም ደስ ብሎኛል🎉🎉🎉❤❤❤😅😅🎉🎉🎉

  • @gudisatolesa
    @gudisatolesa Жыл бұрын

    Uuuuuufffff nama waaqa Eebbifaam

  • @yerosanahmadw8948
    @yerosanahmadw89482 жыл бұрын

    Ebbifam

  • @naolworku9112
    @naolworku9112 Жыл бұрын

    Ameen dhugaadha isa wajiin duttii hin jiruu❤bayyee si jalaana nuf jiraadhu goftaan baraa kee gutuu si haa ebbiisuu ebbaa baraabaran eel dhugaa farsaa bayyee haafuura namaa haaressuudha dhihoo kan amboo dhuftee turtee utuu tajjaala kee hin quufiin gaaltee,konfiiransi w/g wangeelatti ta'erati jabadhuu hadhoo ko goftaan huummana isan sifaana haa ta'u

  • @user-no2su1cf7g
    @user-no2su1cf7g6 ай бұрын

    Waaqayyoo abban si haa eebbisu dachaa×2

  • @liyuwegen1275
    @liyuwegen12755 жыл бұрын

    eluko barri ke haa eebbifamu ''dinnuu beeka'' iddoo inni na fide

  • @ObsaDeressa-sx5gt
    @ObsaDeressa-sx5gt Жыл бұрын

    duuti hin jiru yesuusii wajjinii

  • @yaranoor5241
    @yaranoor52413 жыл бұрын

    Waaqayyoo a Ayyana isaa sif haa Bayyisu Ebbifami obbolesa Kenya Eliyas ini sif ta,ee anafis ta,eera thank you saw Mach haaleeluyaaaa

  • @user-im6wq6yb6s
    @user-im6wq6yb6s4 ай бұрын

    Ayyaanni kun dachaadhan siif has dabalamu

  • @itisagadisa9712
    @itisagadisa97125 жыл бұрын

    Lakkobsaa silkiikewaajjin gadhii yaa namaa waaqayyo

  • @mommom7652
    @mommom76525 жыл бұрын

    Wow God bless you more ♡

  • @Wesuman7696
    @Wesuman76963 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeen ammmmmmmmmmmeeeeeeeeeeuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffffffffffffffffffffffffffffffffff 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲👍👍👍🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏😤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏✋🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 aleluyaa Waaqayo ebaasa iraati sadabaluuuuuuuuuu ebifami akasumasi barakeeee

  • @danielfeyisa
    @danielfeyisa3 жыл бұрын

    eeloo keenyaa akkan itti sijaaladhuu... waaqayo goftaan kee inni ati amnattu ammayyuu ayyaana isaa siif haa dabalu.

  • @toryekatoryeka9690
    @toryekatoryeka96904 жыл бұрын

    Ameeeen ameeen ebbifamiii yessusiin qaba diin akka fedhe nattin hin bu'u kumaaf kittilan nan danda'ani ebbifaaaaaaaaama

  • @worketufa1793
    @worketufa17932 жыл бұрын

    Ameeeeeeeen ebifami

  • @waqayootiksekotibiqookanni4108
    @waqayootiksekotibiqookanni41085 жыл бұрын

    Ebifamaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa

  • @emebettekalegn9671

    @emebettekalegn9671

    4 жыл бұрын

    God bless you

  • @ermiasmulatu156
    @ermiasmulatu1564 жыл бұрын

    Ebbifami obbole! Inni durakee bahee diinakeetti diina ta'e galmaan si haa gahu!

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku57803 жыл бұрын

    Ishooo dacha Eebbifama F/ta Eliyas☦📖🍇🎼🎺🎺🎺🎶🎶🎶🙏📯🥁🎸🎺🎼🎼🙏🙏🎶🎶📯📯

  • @borugospeltube7472
    @borugospeltube74725 жыл бұрын

    Ameen! Waaqii sii yaa eebbisuu!

  • @user-ry5qx1gm7b
    @user-ry5qx1gm7b Жыл бұрын

    Ameeqn❤

  • @toryekatoryeka9690
    @toryekatoryeka96904 жыл бұрын

    Dinaatti Dina ta'een mo'ee galaaaaa ameeeeeen

  • @abrahamdiriba
    @abrahamdiriba9 ай бұрын

    Erganni gara koo goree diina kootti diina ta'ee eenyu naan morma danda'ee??

  • @diribamazengiya5102
    @diribamazengiya51025 жыл бұрын

    an garuu si irraan dhagahee! jira karaan!

  • @brahanedabala7164
    @brahanedabala71645 жыл бұрын

    Jiraadhu 🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @galataatolasaa1243
    @galataatolasaa12434 жыл бұрын

    Inni tokkoffaa baase tokkoffaadha

  • @diribamazengiya5102
    @diribamazengiya51025 жыл бұрын

    karaa nanma hin baasnetu na baasa!

  • @diribamazengiya5102
    @diribamazengiya51025 жыл бұрын

    jira dhugaa! halelujha! karaan

  • @darajjeesobboqsa1746
    @darajjeesobboqsa17464 жыл бұрын

    jiraa karaa achinii jiraa karaan

  • @zoyazoya7067
    @zoyazoya70674 жыл бұрын

    ebifami enyutuu siraa garganbasaa

  • @brahanedabala7164
    @brahanedabala71645 жыл бұрын

    Ameeeen ebifami 🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @trimoselection2034
    @trimoselection20342 жыл бұрын

    'Akkamiinan dhufa fuula kee Galata malee harka duwwaa' :: :: Waaqayyo, mootichi bara baraa, haa galatoomu!

  • @diribamazengiya5102
    @diribamazengiya51025 жыл бұрын

    maqaa yessuusin anaaf karaan jira!

  • @diribamazengiya5102
    @diribamazengiya51025 жыл бұрын

    isa du'ee du'a koo hanbise!

  • @alexaddisu3573
    @alexaddisu35735 жыл бұрын

    God bless you

  • @martamucaakakuu7778
    @martamucaakakuu77782 жыл бұрын

    Uuuuuuuffffeeeee Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen

  • @yadenetolesa6159
    @yadenetolesa61594 жыл бұрын

    Amee amee amee.

  • @almazjesses1653
    @almazjesses16535 жыл бұрын

    Amen thanks god

  • @saraseyoum9629
    @saraseyoum96294 жыл бұрын

    Ameen ameen ebifamii

  • @diribamazengiya5102
    @diribamazengiya51025 жыл бұрын

    EEBBBIFAMI!

  • @brahanedabala7164
    @brahanedabala71645 жыл бұрын

    ❤️❤️❤️❤️ 🌹🌹🌹🌹

  • @israeljiregna3668
    @israeljiregna36683 ай бұрын

    😅😅nm Mmp

  • @gelanaabdisa9166
    @gelanaabdisa91665 жыл бұрын

    Goftaanii guddaa issiin haa eebisuu

Келесі