Dastaa Hinaarmuu Album Lakk. 1ffaa. Safuu Dha!

Ойын-сауық

Faarfannaa faarrfataa Dastaa Hinsarmuu lakkoofsa tokkoffaa mata duree "Safuu Dha!" jedhu kan bara 1996 hojjetame. Itti eebbifamaa namoota kaaniifis qooda. Yeroo dhiyootti immoo remix isaa qabannee isiniif dhiyaanna.
Artist Dastaa Hinsarmuu
Music Zerubabel Yeshwaliul and Beekamaa Melkamu
Song/Album title Safuu Dha!
Producer Dastaa Hinsarmuu Official
#DastaaHinsarmuu #FirstAlbuma #SafuuDha!

Пікірлер: 84

  • @ireneac2534
    @ireneac2534 Жыл бұрын

    Woo ebbifami dachaa dachaa bari Kuni BARA milkana sifi hata.uu🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰

  • @fayisaatube4052
    @fayisaatube40522 жыл бұрын

    Faarfannaa ajaa'ibaa, dhugaadha faarfannaa yoomuu hin quufamne! Waaqni dachaa si haa eebbisu! Ni baay'atee *3 Yesuus Oolmaa ati naaf ooltee Ni baay'atee *3 Yesuus Oolmaa ati naaf ooltee Ulee tokkittii qabadheen yordaanosiin ce'ee Abbaa Macca lamaa ta'eetan deebi'ee .........................! May God bless and keep you always; God bless you with joy, peace, happiness; May God bless you & keep you safe; May God bless you with many more joyful years, good health & His sweet presence; May God bless you today & always! Love u Dech!

  • @tarikuchala8194
    @tarikuchala81942 жыл бұрын

    Dabarsee na kenne inni an amanadhe Najalatti cabe hirkoon itti hirkadhe Si duwwaatu natti hafe abdii baay'ee keessaa Amanamaa dhugaa yesuus sin waaqessa Si duwwaan eebbisa

  • @ayanagemechu8474
    @ayanagemechu84748 ай бұрын

    Faarfannaa Lubbuu Qabu! May God bless you!

  • @alemugamshu7084
    @alemugamshu70842 жыл бұрын

    Remark this comment! Ani Faarfannaan Maal akka ta'e kan bare sirraati. Jechoonni ati itti fayyadamtu sammuukoo gararraa, yeedaloo fi walalookee waanuman jedhun qabu. Sammuukoo keessaa atii fi Addisuu Wayumaa Iddoo Olaanaa Qabdu.

  • @meseretabdiadisfitratnegn3278
    @meseretabdiadisfitratnegn32782 жыл бұрын

    Faarfana wara dura yoon irraa debi'een agefadhu wantan keessa darbetu kessuma koo dhufa jechan qabuu ebbiifami destaa 🙏

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata40252 жыл бұрын

    Ammmmeeen Ammmeen Ammeen Ammeen ebbifamaa gooftaan bara jireenyaa keenya dachaa dachaan ebbisuu🙏🙏🙏🙏

  • @boontuudabalaabalchaacom2007
    @boontuudabalaabalchaacom20072 жыл бұрын

    Guraa ijoollummaati dhaga'ee qabadhee ta'ee hin beeku malee .jechotaa ani bakka tokkoo tokkooti dhaga'aa jiruu akkan ofiikoti itti farfadhuu wajiin tokkoo miti 😆🥰🥰

  • @gadisakefalew8109
    @gadisakefalew81092 жыл бұрын

    Faarfannaakee isa Safuudha jedhu dhaggeeffachuufin you tube seene, daqiiqaa 46 dura upload ta'ee argadhe, akkamitti akkan gammade siif ibsuu hin danda'u. Stay blessed!

  • @TikiShigut430
    @TikiShigut4302 жыл бұрын

    "Osoon ani hin dhalatiin waan gaarii isa naaf yaadde, kunoo na badhaasteetta hoomaa keessaa barbaaddee.." hin quufamu Dastaakoo Waaqayyo ammayyuu dachaa dachaan si haa eebbisu 🙏

  • @user-lw5xu3nm2o
    @user-lw5xu3nm2o7 ай бұрын

    Baayyeen si jaalladha,sin kabajas, Faarfannaa waaqayyo siif kenneen guddaa eebbifameera ,kana caalaas Yesuus Gooftaan ayyaana isaa siif haa baayyisu !!!!

  • @gulumamerga2211
    @gulumamerga22112 жыл бұрын

    isa harkaa na baasuu hin dandeessuu afaan kee qabattee maalif hin teessu " garaa kee kutattee maalif hin teessuu

  • @melkamuwaktola5472
    @melkamuwaktola54722 жыл бұрын

    Faarfataa Dastaa Waaqayyo inni karaa kee nu eebbisuu jaalate haa eebbifamu. Ameen Ameen Ameen! Kana sana hin jedhu jalqabaa hanga har’aatti faarfannaa kee baay’een jaaladha! Jabaadhu ammas faarfannaa haaraa sirraa dhagahuu feena. Nuuf jiraadhu Haadhoo koo!

  • @dbv4216
    @dbv421611 ай бұрын

    Barii fi jireny kee haa ebbifamu ❤❤God bless you 🙏❤❤❤❤

  • @Lovesport23
    @Lovesport236 ай бұрын

    Desta koo bayyeen farsaa keeti boqoodha. Farsaan kee anaaf filaannoo isa dhumaati. Bayyeen ittin eebbifama, itti boqoodha, dhageefadhe hin quufu. Eebbifamii guyyaa tokko garuu osoon qamaan ta'e tajaajila kee hirmaadhe hawwii koo isa guddaadha

  • @edosakubsa5613
    @edosakubsa56132 жыл бұрын

    Ati waaqayyoodhaa ribuuf kalee qortaa.......iddootti handhuurri namaa itti hidhame beektaa. galtoomi far. Dastaa Keenyaa baayyee si jaallanna si kabajnas maatii koo waliin. faarfannaakeekanaan baayyee eebbifamneerra.

  • @chimdessatesfaye
    @chimdessatesfaye2 жыл бұрын

    Eebbifami! Garuu faarfannaakee ' Hin sodaannu gaarri yoo ka'e' kan jedhu tokko barbaadeen dhabe asirraa

  • @tesemaderesa6212

    @tesemaderesa6212

    Жыл бұрын

    Anilleen barbaaden dhabe farfaanna san

  • @astermakkonin5331
    @astermakkonin53312 жыл бұрын

    Ebbifamaa qaxaale keenya nuuf jiraadhu 🥰🥰🥰🥰🥰😇😇🙏🙏🙏

  • @meryjesuslordking7340
    @meryjesuslordking7340 Жыл бұрын

    Osoon an dhalatin waan gaarii naf yaaddee! Ulfaadhu goofta koo!😢❤

  • @ObseeGetachew7449
    @ObseeGetachew7449 Жыл бұрын

    Waaqayyoo Ayyaanaa dachaan siif haa baayy'isuu nama waaqayyoo Ebbifamaa

  • @user-kh2jp2wj7k
    @user-kh2jp2wj7k9 ай бұрын

    Waaqayyoo dachaa isiin haa eebbisu eebbifama isiin jaallana baayyee

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile92892 жыл бұрын

    Ameen Ameen Eebbifami Eebbifamii dachaa Fr/ta Dasitaa gooftaan baraaf jireenya kee yaa Eebbisuu maqaa yasusiin Ameeeeeeeen ✝️💕🎤👏👏🙏🙏🙏

  • @adugnanegasa4607
    @adugnanegasa46075 ай бұрын

    Waaqayyo dachaa dachaa godhee sihaa eebbisu!!!.

  • @olikabelay5878
    @olikabelay58782 жыл бұрын

    Abbaa kennaa kanaa isa ta'e Waaqayyo sitti fayyadamee lubbuu keenya faarfannaakee kanaan gara isaatti fageessee isa ol nubutuuf ulfinni barabaraa haata'u.Nutillee faarfannaawwan akka kankee kana lubbuu qabaniin Goofticha wajjin jiraannee har'a geenye,mooji dhaloota boriiti!

  • @inkoolumaeba5084
    @inkoolumaeba50842 жыл бұрын

    Nan faarsaa maqaa Kee ..... I missed it😍

  • @tolasaraji6474
    @tolasaraji64745 ай бұрын

    Ebbbiffammmii dachaa

  • @sanyiigalata3442
    @sanyiigalata34422 жыл бұрын

    ganamaan itti eebbifame !

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 Жыл бұрын

    Farfannaa Guyyaa hundumaa bara Hundaa Haaraa haaraa fakkaatuu. Bulii Dastaa Hinsarmuu

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Waaqayyoo saa Eebbisu pastor dasta❤

  • @soresalakew7207
    @soresalakew72072 жыл бұрын

    Dhugaa rabbi akkaniti barbaada ture album tokkofa kana ebbifami namako

  • @tesfayeayano-negawo8904
    @tesfayeayano-negawo8904 Жыл бұрын

    Dastaa kenna keenya Gooftaa bira!! Eebbifam!

  • @fufabhordofa
    @fufabhordofa2 жыл бұрын

    wow in lola'a! Eebbatu Dhangala'a!

  • @amanenoro1567
    @amanenoro15672 жыл бұрын

    Dastaa maaluma jedhuu waa'ee ke love you albumin kun seenaa baayyee na biiraa qabaa ebbifamii

  • @yadetabekuma6292
    @yadetabekuma6292 Жыл бұрын

    Ammayyuu ayyaanasaa siif haabaayyisuu!

  • @cawofficial7549
    @cawofficial75492 жыл бұрын

    Wow All is my favorite always.... EEBIFAMI.....akkaattiin Vol 1 kana hundaa jaaladhu sii ibsuu hin dandahu jechaan olii Faaruu seenaa nama jiijiruu jaalala waaqa nama barsiisuudha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤ God bless you more

  • @dhoksaajireenyaa9726
    @dhoksaajireenyaa97262 жыл бұрын

    Dastaa keenya si jaalanna.

  • @saliseli2651
    @saliseli26518 ай бұрын

    ufee ameen ebifamaa 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @SaBaif7113
    @SaBaif71132 жыл бұрын

    oolmaakee isa guddaa Gooftaakoo maaliin baasu

  • @faarfannootaduriitube6612
    @faarfannootaduriitube661229 күн бұрын

    Lakkoofsa 1ffaa gad nuuf dhiisaa

  • @bijigeeobsaayoutubeofficia8021
    @bijigeeobsaayoutubeofficia80212 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeen ameeeeeen eebbaafta'a

  • @m.j5218
    @m.j5218 Жыл бұрын

    Eebbifami Dachaa dachaan

  • @mimigirma2735
    @mimigirma27352 жыл бұрын

    Goftaan barakee haa ebbisu farfannan kun yeroo ijjollumma koo kan naa guddisedha mattin koo osoo naa Ari,atanii anii dhokseen dhagefataa turee ayii baraa sanaa hin ya,ee diidichee hhhhhhh

  • @bikilaebaofficialtube3017
    @bikilaebaofficialtube30172 жыл бұрын

    EEBBIFAMI WAAN OFII SIN JAALLADHA!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @ObseeGetachew7449
    @ObseeGetachew7449 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuufffffffffffff Good Blessed you

  • @aberaserbessa1821
    @aberaserbessa18212 жыл бұрын

    You are blessed bro.

  • @lemikebedebayisa6457
    @lemikebedebayisa64572 жыл бұрын

    Eebbifami dastuu

  • @dinaolofficial1458
    @dinaolofficial14582 жыл бұрын

    God bless you!

  • @obsimanabebe9944
    @obsimanabebe99448 ай бұрын

    ooooooooooooooooooooooooooo ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen!

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala74912 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ameeen ebbifami🙏❤

  • @user-vx2ok2qh8d
    @user-vx2ok2qh8d10 ай бұрын

    may GOD BLESS YOU BROTHER ...

  • @kasahun541
    @kasahun5419 ай бұрын

    jabaa keenya

  • @abdilami4578
    @abdilami4578 Жыл бұрын

    Be blessed.

  • @nightpiie4484
    @nightpiie44842 жыл бұрын

    Ameen Ebbifami !!

  • @abdientertainmenttube2519
    @abdientertainmenttube2519 Жыл бұрын

    Dastaa eebbifami

  • @dhabasagadisa9369
    @dhabasagadisa93699 ай бұрын

    God bless you

  • @yonaskeneaministry5036
    @yonaskeneaministry5036 Жыл бұрын

    Waaqayyo Gooftaan daddabalee sihaa eebbisun jedha. Album n Kun mix kan ta'edha. Album jalqabaa keessaa; 1. Meerre kakuunkoo 2. Inni ati jette haa ta'u 3. Narraa tarsaafte moofaa gaddaakoo Kan jedhan, keessumaa Inni ati jette haa ta'u kan jedhu miidiyaa irras barbaadeen dhabe please barreeffamaan yoo qabaatte nuuf barreessi ☺️

  • @mixuuhaa8916
    @mixuuhaa89168 ай бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen ❤❤❤

  • @user-jo1fb8sm3g
    @user-jo1fb8sm3g7 ай бұрын

    Eebbifami

  • @debisadebela9263
    @debisadebela92632 жыл бұрын

    ameeen!

  • @tokumafekaduphd6056
    @tokumafekaduphd6056 Жыл бұрын

    Bless you

  • @yadetabekuma6292
    @yadetabekuma6292 Жыл бұрын

    blessed

  • @mitikumiresa4237
    @mitikumiresa4237 Жыл бұрын

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen

  • @zeritutemesgen8647
    @zeritutemesgen86472 жыл бұрын

    💓💓💓💓

  • @kiyyaakoo8141
    @kiyyaakoo81413 ай бұрын

    👩‍🎓

  • @alazaralazar
    @alazaralazar2 жыл бұрын

    May God bless you more, my brother in Christ

  • @tarikeekuma7141
    @tarikeekuma71412 жыл бұрын

    ❤❤❤📖

  • @latidiba3637
    @latidiba3637 Жыл бұрын

    farfannaa kun eebbaa guddaa of keessaa qaba ....................................................................................................................

  • @aaasssaaasss4616
    @aaasssaaasss4616Ай бұрын

    ❤❤❤

  • @BurteQalbesa-tu1pb
    @BurteQalbesa-tu1pb9 ай бұрын

    ❤❤

  • @abenezarm312
    @abenezarm312 Жыл бұрын

    lakk 2ffaa fi maxxasaa adda ......please

  • @masiimulgeettaa792
    @masiimulgeettaa7922 жыл бұрын

    Ameeeeeeen Ameeeeeeeen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @xaaxeeshow
    @xaaxeeshow7 ай бұрын

    🥰🥰🥰🥰

  • @amanitech
    @amanitech Жыл бұрын

    my favorite ==> 44:55

  • @firankorteshome2168
    @firankorteshome21682 жыл бұрын

    Baay'ee jaaladha album kana

  • @dugasaajema8537

    @dugasaajema8537

    2 жыл бұрын

    Yoo danda'amee cd isa 1ffaa nuuf maxxansa maloo

  • @lessaneworkberhanu7361
    @lessaneworkberhanu73618 ай бұрын

    I love all your songs so much especially this album. The music composition is also very fantastic. I don't see why you even remix it. God bless you Destiye. Lovely songs, lovely music! God bless Zerubabel and Bekama

  • @asefnak4764
    @asefnak47642 жыл бұрын

    Hehehe nice try this is not Album 1ffaa FYI it's remix for your first vcd in case you forget

  • @faarfannootaduriitube6612
    @faarfannootaduriitube66124 күн бұрын

    Dastaa 1ffaan Kunootikzread.info/dash/bejne/nKNn0Mymg8_flJc.htmlsi=YpaRQ4jIKcc0qkd5

  • @AdugnaTaye
    @AdugnaTaye Жыл бұрын

    God bless you!

  • @tamambabi2004
    @tamambabi2004 Жыл бұрын

    God bless you

  • @tamambabi2004
    @tamambabi2004 Жыл бұрын

    God bless you

Келесі