FILMII AFAAN OROMOO HAWWII KUTAA 7FFAA NEW AFAN OROMO MOVIE HAWI EPISODE 7

like ,share,subscribe gochuun Aarti oromo waliin yaa guddisnu #egereemedia #ethiopianmovie #oromo ‪@visionentertainment4507‬ ‪@DrNafyadGetuOfficial‬ ‪@onedayfilmproduction‬

Пікірлер: 181

  • @AbduMustafa-pg5in
    @AbduMustafa-pg5in21 күн бұрын

    wow diraamaa an baay'ee jaaladhu namni akkakoo diraamaa kana jaalattan like gochuun natti agarsiisaa

  • @fozii430

    @fozii430

    21 күн бұрын

    me too❤❤❤

  • @BakirRedimi

    @BakirRedimi

    20 күн бұрын

    Bayee namatii tolaa dhugaa rabbii ❤❤❤❤❤

  • @user-cl3tg8nz6z

    @user-cl3tg8nz6z

    20 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @gfhj2889
    @gfhj288921 күн бұрын

    Wwwwwooowwwww diiramaa Aja.iibaatii maloo jabadhaa Addaan Nujalaa hin kutiinaa ittii Nuuf fufaa Namatii Toltuu dhuggaa bekii Abshiir iriiyaa Garii qabdaa Of biiraa 🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @YabuAbebe-bt5lz
    @YabuAbebe-bt5lz21 күн бұрын

    Wowww dirama aja'ibati isiin aduma dhuga❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HarmeTube-mo6fw
    @HarmeTube-mo6fw21 күн бұрын

    Qulqulina sagale qulqulina video actingii barefama adda ta'ee qabatani dhiyattan isiin bayye dandeessu 8 nuf fida fadafati bayye isiin jalana artiin oromoo abddi qaba❤❤❤

  • @abdiirashid767
    @abdiirashid76721 күн бұрын

    Anatu dura laale like naaf godhaa

  • @-shuguxi
    @-shuguxi21 күн бұрын

    akkatii isanii jaladhu ❤💪💪💪💯💯 jabadhaa bayee nama tolaa

  • @TajuuOromia
    @TajuuOromia21 күн бұрын

    Dhugaa bayyee takkaa namtii tollaa jabadhaa ittii fuffaa 🙏❤❤❤❤❤❤

  • @AbdiiMan-io8pj
    @AbdiiMan-io8pj20 күн бұрын

    Isin dhugumaatti aarti dandeessu.garuu baayyee addaan nu jalaa kukkutaa jirtu plc nun dagachiisina dafaati fidaa❤❤❤❤❤

  • @WadaQanani-dc1ce
    @WadaQanani-dc1ce21 күн бұрын

    Diramaam akana oromiffaan hojatamuun isa bayye nama gamachisa garu malif gara media hindhufne

  • @BekiIntertainmen-pc8rt
    @BekiIntertainmen-pc8rt21 күн бұрын

    Dhuga tatoonni camera manin dirama kanaa aduma bayye dandeessu garu dadafa nuf gadhisa torbeen nuf godha

  • @ZageyeDebele
    @ZageyeDebele20 күн бұрын

    Jabaadhaa fiilmiin afaan oromoo kana caalaa dagaaguu qaba❤❤❤❤❤

  • @mulugetamiresa2167
    @mulugetamiresa216721 күн бұрын

    Highlight video isa darbe irraa otoo nuuf kaatani bareedadha sababnisa turtani waan dhuftanif kan duraa ni daganna. Kanan ala diraamaa ajja'ibati keessumaa qulqullinnisa nuuf jiraadhaa ❣️👌

  • @homehomhomehom4072
    @homehomhomehom407221 күн бұрын

    Maaloo adara dafaa dafa nu fida😢😢😢❤❤❤ bayye namatti tola jabadha❤

  • @user-sx6hm7lg6o
    @user-sx6hm7lg6o21 күн бұрын

    Anaatu duraa comment godhee🎉🎉🎉🎉

  • @AarifBaduruddiin
    @AarifBaduruddiin18 күн бұрын

    Woow Keessan adduma Qaaliwwan koo aartin oromo isiniin beekama jabaadh😊 1:39

  • @Haanichoo
    @Haanichoo21 күн бұрын

    Yaa oromoo like godhaa gudisaa maloo😢😢😢❤❤❤❤

  • @GemedaBedane
    @GemedaBedane21 күн бұрын

    Wow wow baga Nagaadha dhuftan galatooma baayyee namatti tolaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Yahya.show-1
    @Yahya.show-120 күн бұрын

    Diraamaa baayyee namatti toluudha torbaan torbaaniin gadi. nuuf dhiisaa nujalaa tursiisinaa❤❤❤

  • @MahammadHamzaa-pk8fn
    @MahammadHamzaa-pk8fn15 күн бұрын

    Maaloo dafaa nuuf gallakisaa yaanni hawwii nu maraache❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-sp3vq7mn3s
    @user-sp3vq7mn3s6 күн бұрын

    Dafa nuuf lakkisa oromo koo malo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KekiyaGamachu-bb5nw
    @KekiyaGamachu-bb5nw21 күн бұрын

    Camera manin dirama kanaa bayye danda'a akasumas tatoonni bayye dandessu garu bayye nurra tura jirtu

  • @user-fo1sf7wt3g
    @user-fo1sf7wt3g20 күн бұрын

    Namati tolaa jabbadhaa❤

  • @user-wi3tf4tc2g
    @user-wi3tf4tc2g21 күн бұрын

    Mafii nujaala turisiifiituu kanaa hudaa 😢garii bayee bareda jabaadhaa❤🎉🎉🎉🎉

  • @KebekKatama
    @KebekKatama21 күн бұрын

    Dhugaa bayyee Namtii toola

  • @AbelGetaneh-qk2dv
    @AbelGetaneh-qk2dv21 күн бұрын

    Dirama kan camera manitu bareche itti ansee tatonni bayye danda'u

  • @AbdiiHope452
    @AbdiiHope45221 күн бұрын

    Maloo nuf jajabadha

  • @user-hi6wi8dc4e
    @user-hi6wi8dc4e17 күн бұрын

    dhugaa bayee namatii tolaa jabadhaa ❤❤❤❤❤

  • @Oro.king.430
    @Oro.king.43018 күн бұрын

    Kutaa 7ffaa kanaa keesaatin xiqoo dogongoraa waan ummamee natti fakkata malif yoo jatee hawwin jalalee issi kaa duraani akka waan waliti debiani osoo hin tanee akkan wan harayaati waal baraa jirtaan natti fakkataa dhifamaa ❤❤jabaadhaa nuuf jiraadhaa qalliwwan koo isiin jaaladhaa❤🥰🙏

  • @makkiyyaaArsii
    @makkiyyaaArsii20 күн бұрын

    heduu jsladhaa ijoollee qaxalee taniin ituma fufaa❤

  • @Abdusse_Tube
    @Abdusse_Tube21 күн бұрын

    Egaa isin dagannee maa dhuftaan garuu

  • @Sabritube2404
    @Sabritube240421 күн бұрын

    Welkam ❤

  • @kkmmmdd3212
    @kkmmmdd321221 күн бұрын

    Uuuuuff akaatan sin yaade garuu maf turtuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @EskenderAhmed-rn4zu
    @EskenderAhmed-rn4zu11 күн бұрын

    Never give up you are our choice ❤❤

  • @user-sx6hm7lg6o
    @user-sx6hm7lg6o21 күн бұрын

    Jabadhaa ittii fufaa adara

  • @SiifuuZakiir
    @SiifuuZakiir19 күн бұрын

    Jabadha baye isin jalana 😢😢❤kanle dafa nuf fida 😢

  • @user-eh3xw6hr4s
    @user-eh3xw6hr4s21 күн бұрын

    Wel come

  • @KenyaYeroon-sl4jw
    @KenyaYeroon-sl4jw21 күн бұрын

    Nuf jiradha itti fufa isin jalana ❤❤❤

  • @user-lv9il1hm1m
    @user-lv9il1hm1m17 күн бұрын

    Waww ❤❤❤❤❤❤

  • @EthiopTaye-mw6ri
    @EthiopTaye-mw6ri21 күн бұрын

    Diraman keessan baredaa garuu namaa ifachisa waan turtanii dhuftanif

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu783520 күн бұрын

    Wow jabadhaa qomookoo

  • @MusilyhaMuhamed
    @MusilyhaMuhamed21 күн бұрын

    Bayee bareduuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @addiskebede656
    @addiskebede65621 күн бұрын

    Jabaadha❤❤❤❤❤

  • @CaltuSaba-xg1qr
    @CaltuSaba-xg1qr21 күн бұрын

    Bayyee Dandeessu❤❤❤

  • @HamdaanTaajjuu
    @HamdaanTaajjuu16 күн бұрын

    Jabaadhaaa

  • @fozii430
    @fozii43021 күн бұрын

    like Gochuu Hin Dagatina Ummata Qashti😊😊

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py21 күн бұрын

    Dafatii nu bukedhaan ga.aa anii bayeen aritidhaan egaa❤

  • @fozii430
    @fozii43021 күн бұрын

    Anaa Dhufu ❤❤❤❤❤❤

  • @QindeesaJemal
    @QindeesaJemal19 күн бұрын

    Filmii kun bayee namatti tola ani bayyee ❤❤❤❤❤

  • @user-nt8lt1kq9m
    @user-nt8lt1kq9m21 күн бұрын

    Jabadhaa

  • @user-yq2iw1el9w
    @user-yq2iw1el9w21 күн бұрын

    Malo adara kesan dadafa nu fifida baye isin jalana

  • @BilaalAhmad-hf2xd

    @BilaalAhmad-hf2xd

    20 күн бұрын

    Ee dhuga keeti hin turina ❤❤

  • @SeidoSeido-z9g
    @SeidoSeido-z9g5 күн бұрын

    ❤NiijaaLaanaa

  • @user-sx6hm7lg6o
    @user-sx6hm7lg6o21 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @CaayaaOromoo-rr6bz
    @CaayaaOromoo-rr6bz21 күн бұрын

    Hojii bareedaa akkasii hojjataa waggatti si'1 fidduu

  • @muradjemal1583
    @muradjemal158321 күн бұрын

    Baga nagayaan dhuftaan

  • @CaaltuuCaaltuu-on1on
    @CaaltuuCaaltuu-on1on21 күн бұрын

    Baga naga dhuftani ❤❤❤

  • @MariamAli-qg5nf
    @MariamAli-qg5nf21 күн бұрын

    Daaffffffff nu gaadi dhisaa pals 🎉🎉🎉🎉namati toltu jabaadha

  • @user-gh8ux1dh3b
    @user-gh8ux1dh3b21 күн бұрын

    Dadafaa fidaa

  • @SedesaTesefaye-jb9bl
    @SedesaTesefaye-jb9bl21 күн бұрын

    Malo dafaa debiya❤❤❤

  • @QaliiSaba-jf5zo
    @QaliiSaba-jf5zo21 күн бұрын

    Diramaa tokoffaa❤❤❤❤

  • @user-cl3tg8nz6z
    @user-cl3tg8nz6z20 күн бұрын

    Bagaa Nagaan dhuftaan Garuu hin turiinaa maloo ❤❤❤❤❤ dafaa kotaa

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa138420 күн бұрын

    Wowowo😢😂 maloo wagga waggatii nu gadhiftumo isini dadafa koota maloo uufeee beekiin gara na nyaata Hawwinis garamidha Hiriyaan isheemo akka Yihuda tatee😢😅

  • @MasiHirpha-kz1zi
    @MasiHirpha-kz1zi19 күн бұрын

    Drama ka na baye jaladha ❤❤❤

  • @DiribaTasfayee
    @DiribaTasfayee12 күн бұрын

    Wowww

  • @MusaabYaassin
    @MusaabYaassin20 күн бұрын

    Please please please dafaa dafaa nuufidaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @muradjemal1583
    @muradjemal158321 күн бұрын

    Wow daqqiqa nuuf dheyresa

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo90815 күн бұрын

    Hin babbadiinaakaa 🥰🥰

  • @user-gh8ux1dh3b
    @user-gh8ux1dh3b21 күн бұрын

    Dhuga baay,ee namati tola garuu guyyaa issa nu jala fagesitan

  • @Rumana408
    @Rumana40820 күн бұрын

    Maloo hin turinaa dafa marsa 8 fa fida😢❤❤❤❤

  • @naiforotube8791
    @naiforotube87917 күн бұрын

    Part Ittii Anuu Nuuf Gadhiisaa 👏👏👏👏👏 please

  • @Obsineet653
    @Obsineet65321 күн бұрын

    Baga Nagan Dhufta

  • @AbaasTamaamAdam-c6p

    @AbaasTamaamAdam-c6p

    4 күн бұрын

    Baganagahaan nu'eeydan isinis

  • @EdosaBacha-n5k
    @EdosaBacha-n5k3 күн бұрын

    Daddafa nuf fida part itti anu❤❤❤

  • @user-jn4ij5xe5k
    @user-jn4ij5xe5k20 күн бұрын

    Best

  • @AnshaNageso
    @AnshaNageso20 күн бұрын

    Maaliif addaan turaa hojjattani

  • @Jee700k
    @Jee700k20 күн бұрын

    Akka ilma oromoo tokkotti diramaan kuni qulqullina 💯 qaba garuu taatonni diraamicha yeroo haasa'an akkuma daa'ima waggaa 5 haasa'a adda kukutani dubbatu why ? Namni tokko yeroo aarii qabus ta'e gaddus waan jechuu barbaadu ykn ergaa dabarsuu barbaade walitti dhaabee dabarfachuu qaba malee addaan kukutuu hin qabu

  • @MurtiTofik
    @MurtiTofik9 күн бұрын

    Maalo diramaa kun bayyee bareeda ture Garu nurraa hin tursiisaan akka Amma kanati

  • @LeelisaaAmadee
    @LeelisaaAmadee16 күн бұрын

    Dirama Baye Bareedaa

  • @IluuiluuIluuiluu
    @IluuiluuIluuiluu19 күн бұрын

    Hin turina malu dafa dafa nuf kotta hawi😢 bekki 😢😢😢

  • @DaniOricha
    @DaniOricha21 күн бұрын

    Dhugaan hawwii yoom ba'aa maalo ❤❤❤

  • @user-kq7hz5bh9w
    @user-kq7hz5bh9w21 күн бұрын

    Baga nagayaan dhuftan ni turtan male

  • @user-nk2mb8bj8j
    @user-nk2mb8bj8j21 күн бұрын

    Maashaalaha 🎉🎉🎉🎉

  • @DiribaTasfayee
    @DiribaTasfayee12 күн бұрын

    Ajibaa

  • @saleddiinferhaan
    @saleddiinferhaan18 күн бұрын

    Bayyee Takkan issiin Jaalladha

  • @MirkenaEshetu
    @MirkenaEshetu19 күн бұрын

    Wwww aja'ibaa nuuf jirdhaa kutaa ittii anuu nuu fidaa kaa!!!

  • @user-wc7rn4vu1q
    @user-wc7rn4vu1q21 күн бұрын

    Dhuga baay'ee namati tola garuu guyyaa issa achii nu jala fagestan

  • @NuranUmar
    @NuranUmar21 күн бұрын

    Bayeedhee

  • @user-jx4iz5ks9q
    @user-jx4iz5ks9q20 күн бұрын

    ❤😮

  • @sabootuuwallaggaa5856
    @sabootuuwallaggaa585621 күн бұрын

    ♥️♥️♥️♥️✅️

  • @user-zg2rm4of8h
    @user-zg2rm4of8h20 күн бұрын

    dafa dafa gadisisa mee 🥺🥺🥺🥺🥺

  • @seyfuddiintofiqahmad
    @seyfuddiintofiqahmad21 күн бұрын

    Dhugaa baayyee namatti tola please bakka itti dhumerraa nuuf eegalaa Ammaas torbeedhaan Nuuf hojjadhaa

  • @user-td8ey3jx9t
    @user-td8ey3jx9t20 күн бұрын

    ❤❤👍🏻👍🏻👍🏻

  • @riqihali2348
    @riqihali234821 күн бұрын

    Welcome ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MsarhM
    @MsarhM18 күн бұрын

    Wwwwwwww❤❤❤❤❤

  • @Haanichoo
    @Haanichoo21 күн бұрын

    Oso Amaraa tayee like k 20 galaa oromon faydan qabuu

  • @masiidha2380
    @masiidha238021 күн бұрын

    🎉❤❤

  • @HaromsaTaresa
    @HaromsaTaresa21 күн бұрын

    ❤❤❤❤

  • @Ishowspeed1-x2f
    @Ishowspeed1-x2f15 күн бұрын

    Dadafa please part 8 foda

  • @Jina-ue2dq
    @Jina-ue2dq20 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤😊😊😊

  • @SaddaAbbuu
    @SaddaAbbuu20 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @famifami2715
    @famifami271521 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @NKoo-vy2ys
    @NKoo-vy2ys19 күн бұрын

    ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

Келесі