Akkanitti Hojjettuukoo fuudhe kutaa xumuraa

Ойын-сауық

Пікірлер: 238

  • @muredaadam4288
    @muredaadam42883 жыл бұрын

    Mashaa Allah hundi kenyaa rakko kenyaa hiriyota kenyaan furachuu qabnaa

  • @s.bs.b6786
    @s.bs.b67863 жыл бұрын

    Wawwww bayee namati toltuu dhugaa rabbii osoo anafis abbaa mana akkana naf kenee waqayyoon abdiin qabaa

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee78873 жыл бұрын

    WOWOW baayyee naamati toltu nuuf Jiraadha ❤️❤️❤️

  • @obseeobseekita3519
    @obseeobseekita35193 жыл бұрын

    Wow wow bayyee namatii toltuu diramaa keessanii ergaa gudda qabaa eduu siin hordofuu jaladhaa jabbadhaa

  • @dabaltuuyutbecell9997
    @dabaltuuyutbecell99973 жыл бұрын

    dhugaa sini biyya faakeenyaa ebifamaa kanumaa calaa walii kabajaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @saraibrahim4980
    @saraibrahim49803 жыл бұрын

    Waw waw mashalah baye namti toltu jabadh sanyiwan ko baye baye namti toltu udmti kesanu jabdha 💞💞💞💌💌💌

  • @abdiitube6561
    @abdiitube65613 жыл бұрын

    Dhugaa rabbii akka diraamaa Natti tole hin argine ani garuu Addaan cituun isaa hin taane utuu itti fufee maal qaba

  • @haawiitoleraa2141
    @haawiitoleraa21413 жыл бұрын

    Wawuuu 💔 jaalalaa kiristos biraa ta'ee! Jiradhaa jabbadhaa lammii waani koo❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️baayy'een ittii bohar'aa...... video keessaan

  • @lalisaaman9943
    @lalisaaman99433 жыл бұрын

    Haga ka xumuraa kaatti ilaalee jira garuu 3ffaan na gaddisiise kanarratti ni gammade Diraamaa akkanaa kuni hidduu barumsa qaba 👍👍👍

  • @nuriyatube9181
    @nuriyatube91813 жыл бұрын

    Bayye namati toolla garu uttu itti fuffe nama gamchissa hundafu jabadha qomo koo

  • @hinshakamujechikee6838
    @hinshakamujechikee68383 жыл бұрын

    Wwwww akkam namati toltu hundumti kessanu nuf jiradha sabbontotaa Kenya diraman kesan ergaa gudda qaba bayees namati tolaa dhugaa

  • @firiidhugaa7681

    @firiidhugaa7681

    3 жыл бұрын

    Waan ofii mee asumaan maatii naa ta,i subscribe naa godhii kzread.info/dash/bejne/Zplpz7ymkcq1kZc.html

  • @lensafikadu4159
    @lensafikadu41593 жыл бұрын

    Woow baay'ee namatti tola dhugaa erggaa guddaa qaba gltomaa

  • @ayamabelcha4088
    @ayamabelcha40883 жыл бұрын

    Www maash allaah baay,ee namati toltu jabaadhaa itti fufaa qomoowwan koo ❤️❤️❤️♥️♥️💪💪💪💪💪♥️🌹

  • @anianuma65

    @anianuma65

    3 жыл бұрын

    Astogafirllahi malattu mashaallah dha?

  • @nasruhuseen5502

    @nasruhuseen5502

    3 жыл бұрын

    Maashaa.allaaha jechuun hin tahu

  • @tigisthiando2411
    @tigisthiando24113 жыл бұрын

    Wowww bay.ee nama ti toolaa dhugaa barusaa heeduu qaba itii fufaaa

  • @hayathassan5394
    @hayathassan53942 жыл бұрын

    Wow amazing hedu namaati tolaa I love it 😀 😍 ❤ ♥

  • @ayyaantuuelemoo7074
    @ayyaantuuelemoo70743 жыл бұрын

    ❤❤💖💖💖💖💖uuuuuuuf bay'ee namaa tolaa jabaadhaa ittii fufaaa

  • @koketTomas
    @koketTomas3 жыл бұрын

    Wooooowww!lafa jaalali jiru nagatu jira barrii keessan haa Eebbifamu.baay'ee namati tola jabaadha

  • @firiidhugaa7681

    @firiidhugaa7681

    3 жыл бұрын

    Sanyii kootuu mee asumaan maatii naa ta,i subscribe godhii kzread.info/dash/bejne/Zplpz7ymkcq1kZc.html

  • @koketTomas

    @koketTomas

    3 жыл бұрын

    @@firiidhugaa7681 maatii siif ta'era jabaadhu 😍

  • @rahmahahmed9018
    @rahmahahmed9018 Жыл бұрын

    mashaaallllaaah bayee garidhah baru saqabah ofkesah❤❤❤❤

  • @ayantualamayo8136
    @ayantualamayo81363 жыл бұрын

    Wowwww hedduu namati tolaa dhugaa jabadhaa ❣️💓

  • @sabbontuuoromoo8581
    @sabbontuuoromoo85813 жыл бұрын

    Woww baayy'ee namatti tolaa jabaadha waliin horaa bulaa baayy'adha ❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤

  • @lensaterefe5056
    @lensaterefe50562 жыл бұрын

    Baay'ee namati toltu eebbifama 🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤

  • @hajaraabbas9671
    @hajaraabbas96713 жыл бұрын

    Wan. Garii. irraa jirtanni. Jabadhaa sanyiywan koo

  • @user-mf2no2sx8f
    @user-mf2no2sx8f3 жыл бұрын

    Mashalah mashalah heduu namati tolaa jabadha

  • @bayiseoromiya6734
    @bayiseoromiya67343 жыл бұрын

    Baye.bareda.jabadha.itifufa.💓👍💖💎💖💝👰👍👍👍barnota.gudaf.ta'a

  • @faruuafaanoromoortodoksift9110
    @faruuafaanoromoortodoksift9110 Жыл бұрын

    🙏✋🌷🥀🌷💯💯baye namaattii tolaa walini bayee nama basisa💯🌷🌷🌷🌷🌷🤲🤲💯

  • @haleehalee6483
    @haleehalee64833 жыл бұрын

    Adda afan ofii gudisu dirqama qabana jabadhaa

  • @burteburtee2071
    @burteburtee20713 жыл бұрын

    Bayyee namatii tola jabbadha oromoo koo

  • @feyruzaabdalla636
    @feyruzaabdalla6363 жыл бұрын

    Hedduu nama toltu garuu xiqo sagaleen keessaan siresaa

  • @oxygenMediaNetwork
    @oxygenMediaNetwork2 жыл бұрын

    woooow akkaam namattii tola dhugaa rabbii!!

  • @hundaadandaaaawaaqayyoon7285
    @hundaadandaaaawaaqayyoon72853 жыл бұрын

    Wowwwww bayee namatii totuu nuf jiradhaa❤

  • @adamuhambisa7525
    @adamuhambisa75253 жыл бұрын

    wawo baayeee namatti tolaaa .ijoolleeee babareeddduunis hojjetameeeee

  • @sadaajamal9641
    @sadaajamal96413 жыл бұрын

    Heduun namati tolaa jabadhaaa💞💞💞💞

  • @foziyabaatitrii928
    @foziyabaatitrii9283 жыл бұрын

    Gafaa dura laluu Heeduu gaadee ammaa gaaru bayee gammaade

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow76793 жыл бұрын

    Bayyee garaa koo na nyatuu isin lachuu 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @mareechala7236
    @mareechala72363 жыл бұрын

    Woooow bay'ee ergaa gudda qaba jabadha 💋💋💋💋💋❤❤❤❤❤

  • @abeniich6399
    @abeniich63992 жыл бұрын

    best drama i appreciate it

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o3 жыл бұрын

    Wowwuuuphaaaa ebbifamaa baay'ee nati Tolee ❤️❤️❤️❤️💘💘💘💘

  • @user-xz3ow7kq5i

    @user-xz3ow7kq5i

    3 жыл бұрын

    Wowo bayee namati tola nuf jiradha

  • @kennaatube5029
    @kennaatube50293 жыл бұрын

    Wowowow Videon kun kan turee yoo ta'ee baree garuu ani aman lalee Kutaa 1,2,3 lalee xumuraa irratii garuu nan bo'ee senaa dhugaa wahii natii fakatee

  • @lattuutube9798
    @lattuutube97983 жыл бұрын

    Wwwoww bayee x2 namati toltuu ebifamaa 🥰♥️♥️💜♥️💜🥰

  • @anihinleeyyauucaalaa7989
    @anihinleeyyauucaalaa79893 жыл бұрын

    Ebbifama ebban xumurtaani dhaloonni hubaatu kanarraa waa barataa

  • @asentigudisaa4580
    @asentigudisaa45803 жыл бұрын

    Wowowowo jabadhaa hittii fufaa 👌👌👌

  • @kuulleeyoutube3970
    @kuulleeyoutube39703 жыл бұрын

    Wooww baay'ee namati tola jabaadha

  • @Kookeet9984
    @Kookeet9984 Жыл бұрын

    Hiriyyaan gariin akkasiti wan garii walif yaade jireenyaa digamuf jedhu ilee gorsee deebisuu danda'a waqaa gaditi ebifama hojii gariidha itti fufa

  • @taaaguyyaatokkoo6301
    @taaaguyyaatokkoo63013 жыл бұрын

    Ergaa baayy'ee qabaa Jabadhaa 💕

  • @nkoogoftako851
    @nkoogoftako8512 жыл бұрын

    Namattii tolaa jabaadha gababachuu isaa badee maalee🙄🙏😍😍😍

  • @sifaantarreessaa1568
    @sifaantarreessaa15683 жыл бұрын

    Waqayyoo jirenya kesani haa ebbiisuu

  • @sabotuusabotuu9175
    @sabotuusabotuu91753 жыл бұрын

    Bayee barumasaa qabaa jabadhaa 😍😍

  • @oromiyayiggezu8209
    @oromiyayiggezu82093 жыл бұрын

    Wow kun diraama miti barumsa guddaadha. Baayye galatooma

  • @obselove6338
    @obselove63383 жыл бұрын

    Wow bayyee nama gammachisa

  • @ateqanaeem9178
    @ateqanaeem91784 ай бұрын

    Hirya akana baye namati tola❤❤

  • @abdiikoogooftadhaa9088
    @abdiikoogooftadhaa90883 жыл бұрын

    Maloo akkami namatii toltuu uuufffeee💚💚💚💚💚💚

  • @messidubai9323
    @messidubai93233 жыл бұрын

    Uuuuuuuffff garaa dhifamaa walif qabachun bayyee namaa gamachisaa💕💕💕💕💕🥰🥰🥰🥰🙏💪

  • @sabontuuaggarosabontuuagga1699

    @sabontuuaggarosabontuuagga1699

    3 жыл бұрын

    Wowww hedduu namati tolaa gara dhifama walif qabachuun uuuuuuufffffff walif issiiin hadhisuu ❤️❤️❤️💔💔💔💔

  • @zumayatubizumayatubi4976
    @zumayatubizumayatubi49763 жыл бұрын

    Wwwww dirma baye baredu malo iti fufa😭😭💚❤❤❤

  • @hajaraabbas9671
    @hajaraabbas96713 жыл бұрын

    ❤❤❤❤😘😘😘😘😘OROMMOO sanyii koo

  • @siifaaniiboonii3430
    @siifaaniiboonii34303 жыл бұрын

    Wow bayyee namattii tooltuu kutaa ittii Anuu nuuf dhiiyyeessaa

  • @awalyousaf9953
    @awalyousaf99533 жыл бұрын

    waqqayyo kana calaa nama wal dhagahu isiin haa tasisuu horaa bulaa

  • @Obsii365
    @Obsii3653 жыл бұрын

    Wow Baay'ee namatti tolaa

  • @dickidicki3328
    @dickidicki33283 жыл бұрын

    inni caaluu waqayyoon beekkuu keessan keessati baayyee dhumnisaa barederaa ebbifamaa diraamaa baayee namati toluudhaa

  • @firiidhugaa7681

    @firiidhugaa7681

    3 жыл бұрын

    Sanyii ofi kootuu subscribe naa godhii kzread.info/dash/bejne/Zplpz7ymkcq1kZc.html

  • @bilisummahawwe8803
    @bilisummahawwe88032 жыл бұрын

    Welcome 👌❤️❤️

  • @kuwait1071
    @kuwait10713 жыл бұрын

    Jabaadhaa baayee arifidha

  • @aleeintalaabadiyaawadesa591
    @aleeintalaabadiyaawadesa5913 жыл бұрын

    Wawo Baye Namati toltu itti Fufa 😘😘😘

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus84793 жыл бұрын

    Bay'ee bareedaa maji xumuraatani itti nuu fufaa

  • @user-sf7wt2gj2b
    @user-sf7wt2gj2b3 жыл бұрын

    MashaaAllaa👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo😍😍😍😍

  • @urjiicamada9941
    @urjiicamada99413 жыл бұрын

    wowowowow ❤❤ba'ee namattii tolttu

  • @ObseOromotube
    @ObseOromotube2 жыл бұрын

    Mashalla bayee namatti tolla ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @MeykuriOro-oi1ok

    @MeykuriOro-oi1ok

    Жыл бұрын

    🥰🥲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @ummufarhankamaaltube9864
    @ummufarhankamaaltube98643 жыл бұрын

    Hiriyaa gaariini daahoo ykn gaddisaa jirenyaatii

  • @margituuoromotube8064
    @margituuoromotube80643 жыл бұрын

    Bayyee Namati Tolaa 💞💗💞💗💗💗

  • @hawiiahmad1476
    @hawiiahmad14763 жыл бұрын

    Amaaa nati tolee jiraa duraa barsisaa iti aren turee wa hundafu bayee garidhaa

  • @hhdjdhdjkdk425
    @hhdjdhdjkdk4253 жыл бұрын

    Wowww jabadha B B namatti toltu

  • @user-hz2hc5bl8b
    @user-hz2hc5bl8b7 ай бұрын

    Hedduu namati tola jabadha itii fufaa

  • @asteraster8988
    @asteraster89883 жыл бұрын

    wow Bayyee namatii Toltuu❤❤💔

  • @ramaabdallah7483
    @ramaabdallah74833 жыл бұрын

    Jabadha itti fufa baayyee garidha

  • @Caaltuofolcha
    @Caaltuofolcha3 жыл бұрын

    Bay’ee namati tolaa akkanumati itti......fufaa

  • @obsaniiegadhaacaraato2555
    @obsaniiegadhaacaraato25553 жыл бұрын

    Wwwoowww namatii toltanii💜❤💗💗💕💓💓

  • @sayfusayfu3588
    @sayfusayfu35883 жыл бұрын

    Bay'e bay'e namati tola itti fufa Lammi to sila isiniif bilbila isin hinbeku Oromo ta'u qofati isinbeka jabadha

  • @susiibwerel9473
    @susiibwerel94733 жыл бұрын

    Wow namatii tolaa jabadhaa

  • @fayizailiyasomntube6977
    @fayizailiyasomntube69773 жыл бұрын

    Baay'ee namatti tolaa Waani maatii kana dheera hojjaadha itti dabaala kani akkanaatti barnoota qabu kanaa

  • @firiidhugaa7681

    @firiidhugaa7681

    3 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/Zplpz7ymkcq1kZc.html

  • @halimaahmad6461
    @halimaahmad64613 жыл бұрын

    Yaa Rabbii kiyyaa maalitee uuuuuuuuuuuuffffffffff💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow76793 жыл бұрын

    Jireenya keessatti hiriyoota akkan otu qabate namooni bayyee garidha

  • @oromofioromiyaaintaasalaal2453
    @oromofioromiyaaintaasalaal24533 жыл бұрын

    best bayyee namati tolaa

  • @birraabariimedia
    @birraabariimedia3 жыл бұрын

    Jajabadhaa mashaallaa

  • @mucaatawahidoodhugaanwaqaa5886
    @mucaatawahidoodhugaanwaqaa58863 жыл бұрын

    ❤❤❤😀👌

  • @MakidaaAbmac
    @MakidaaAbmac4 ай бұрын

    Masha alla

  • @MakidaaAbmac
    @MakidaaAbmac4 ай бұрын

    Masha alla🎉🎉

  • @hajaraabbas9671
    @hajaraabbas96713 жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤🌷

  • @alamituugiree6250
    @alamituugiree62503 жыл бұрын

    Wowowowo

  • @orjiioromiyaarsii1574
    @orjiioromiyaarsii15743 жыл бұрын

    Woooooooowwww very nice❤❤❤

  • @kuwait1071
    @kuwait10713 жыл бұрын

    Welcome ❤💚💙👍👍

  • @iteenashmucaawalisosss3457
    @iteenashmucaawalisosss34573 жыл бұрын

    Www malo itti fufaa bayyee namati tolaa

  • @user-ko1kw1mk6w
    @user-ko1kw1mk6w3 ай бұрын

    B.bayyee namati tolaa❤❤❤❤

  • @hangatu9084
    @hangatu90843 жыл бұрын

    Wwwwwww 👍👍👍👍💙💙💙❤❤❤💚💚💚❤🌹

  • @deboradebora1467
    @deboradebora14673 жыл бұрын

    Woow Malo itti nuf dabbala uufff baayen isin jalladha

  • @user-gh2qu7zn8w
    @user-gh2qu7zn8w Жыл бұрын

    powerfull message

  • @fate7ahfate7ah13
    @fate7ahfate7ah133 жыл бұрын

    Bayee bareedduu wwww nufi jiradhaa

  • @abdubahaalake1611
    @abdubahaalake16113 жыл бұрын

    𝐁𝐚𝐲𝐲𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐭𝐢 𝐭𝐨𝐥𝐚

  • @meseretregassa5241
    @meseretregassa52413 жыл бұрын

    Wawawuuuu

  • @hanabamalku1365
    @hanabamalku13653 жыл бұрын

    👍👍👍❤️❤️❤️

  • @muraedali4460
    @muraedali44603 жыл бұрын

    Maasha allsha

  • @olantuutasama3576
    @olantuutasama35763 жыл бұрын

    ❤❤❤

  • @tadesaguta2637
    @tadesaguta26373 жыл бұрын

    Bareedaa haalumaa kaananiitti fufaa

Келесі