Faarsaa baay'ee jaallatammaa 'Galateffammaadha hamma bara baraatti

Музыка

Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo kan hedduun jaalladhe.
*************************
Galateffammaadha hamma bara baraatti (2x)
Hamma bara baraatti mootiidha ati (2x)
*************************
Hundaa duraa kan jirtuu
Lafaafi samiin haa dubbaattu
Hundii darbees ni jiraata
Yaa waaqa koo sif galataa
Baraan hin danga'uu ulfinnifi aangoo kee
Ililleen si faarsaa dhabbadhee fuula kee
*************************
Warri kaleessa mootii turaan
Darbanirruu har'a hin jiraan
Beektonnifi ogeessonni
liqimfammanni du'aanni
Dhaloonni dhalootan barri darbuu baraan
Ati ni jiraata mootii bara baraa
*************************
Ergamoonni samiirratti
Ni faarfattuu maqaa keetti
Ilmaan nama jilbeeffannan
Si waaqessuu sif bittamuu
Durreessa hiyyoomsitee beela'aa quubsitta
Addunyaa kana irraa eenyu sin qixxaata
*************************
ምስጉኔህ አንቴ እስከ ዘለዓለም
እስከ ዘለዓለም ንጉስኔህ አንቴ
እስከ ዘለዓለም አማኑኤል
እስከ ዘለዓለም መዳንዓለም
*************************
#SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.
Well come to Our KZread Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. This mezmur video editing is completely reserved to Roobaa nuuf youtube channel.
© All rights reserved
Join Our KZread channel MemberShip
/ @mezmurtheorthodox

Пікірлер: 411

  • @almab9984
    @almab9984 Жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @Buzunash417
    @Buzunash417Ай бұрын

    Ameen ameen ameen sagalee ergamoota sii haa dhagesisuu obolesaa kenyaa 🤲🤲🤲🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @tigisttufa6469
    @tigisttufa6469 Жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Galatefamadhaa haamma bara barattii sagalee jireenya bara baraa isiin haa dhageessisu ebbifama🙏🙏👏👏👏👏👏🌸🌸🌸🌸

  • @meseretfeyisa3246
    @meseretfeyisa32464 жыл бұрын

    waqayyoo sagalee Afuraa jirenyaa sii haa dhagesisuu dhaltu motumaa isaafi sii haa qophefatu ebifamii AMEN amen amen amen

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @ethiopialove3001
    @ethiopialove30014 жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜን 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲ELELELELELELEELEL🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏💚💚💚💚💛💛💛💛❤❤❤❤💒💒💒💒💒💒👈

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Eleeeeliiiiii Eleeeiii Eleeeiiii

  • @genetyoutube9209
    @genetyoutube9209 Жыл бұрын

    Ameen wayen isaa kanuma chalat sini galee farsuun sinifi haa ta'u

  • @haregnegash6634
    @haregnegash66344 жыл бұрын

    Galateffamadhaa Hamma bara baratti Hamma bara baraa tti eye Hamma bara baraatti 3)

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @diqineshchalaa8900
    @diqineshchalaa89002 жыл бұрын

    Waqayyoo sagalaee jirenyaa isinaa Dhagesisuu umurii tajajila kesii Isinifii Haa Dhesuii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @TolaashiiFayisaa
    @TolaashiiFayisaa2 ай бұрын

    🤲🤲🤲🙏🙏🙏❤️❤️❤️💚💚abbaa farsaa kan kantae waqaayyoon sagalee jirenyaa sii haa dhagechisuu🤲🤲🤲 AMEEN AMEEN AMEEN 🤲🤲🤲🤲🙏🥰

  • @asterbayen3472
    @asterbayen34724 жыл бұрын

    Amen amen amen sagale waqyoo isinaa dhagesisuu farfana keessaa namaa fayisudhaa

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @dararturatadere96
    @dararturatadere964 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqayoo sagalee jirenyaa siin haa dhageesisuu Ebbiifamaa💚💚💚💙💙💙❤❤

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen!

  • @damadama1497
    @damadama14974 жыл бұрын

    *_Elelelelelelelelelele_* 👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻 *_Elelelelelelelelelele_* 👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻 *_Elelelelelelelelelele_* 👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻 _Faarfannaa Ergamootaa Kan Miira Kakaasu Kan Lafee jajjabeessu kan lubbuu gammachiisu kan diina keenya Diyaabiloosin barbadeessu nuhaa dhageessisu Ameen_

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @genetmariyam5832
    @genetmariyam58324 жыл бұрын

    ELELELELEELELELELELELELELEL 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Farfannaa ergaamtota kan mira kakasuu kan lafee jajjabesuu kan dina Kenya dabilos barbadesuu sii haa dhagesisu baraa tajajila kee sif haa dheresuu dhaltu motumaa isaa isini yaa tasifatu ameen

  • @Rahel-7
    @Rahel-72 жыл бұрын

    እልልልልልልልልልልል 👏👏👏👏 ዝማሬ መላእክት ያሰማልን

  • @almazylmaz938
    @almazylmaz9384 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen waqaayoo sagale jiirenyaa sii dhageesuu baraa tajajilumaa kee siifi dheresu😍😍

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @goofygoofy3968
    @goofygoofy39683 жыл бұрын

    እልልልልልልልልልልልልልልልልልልልል አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መላእክት ያሰማልን ወንድማችን ፀጋውን ያብዛልህ እግዚአብሔር 🤲🤲🤲💚💛❤💚💛❤

  • @bisratayele3732

    @bisratayele3732

    2 жыл бұрын

    Zzz I

  • @bisratayele3732

    @bisratayele3732

    2 жыл бұрын

    Zzz Zzz Is to to come to Zzz

  • @DineeGabbrumaaOromoo
    @DineeGabbrumaaOromoo3 ай бұрын

    Amen amen amen 🤲🏻🤲🏻🙏🏻❤❤❤

  • @xggdgagx8875
    @xggdgagx88754 жыл бұрын

    Elelelelelelelellll 👏👏👏 Elelelelelelelellll👏👏👏 Elelelelelelelellll👏👏👏 Faarfannaa ergamootaa kan miraa kakasuu lafee jabeessuu dinaa kenyaa daabiiloos barbadeessuu saa dhageessisuu obbooleessaa kenyaa ebbiifamii Ameen Ameen Ameen⛪⛪⛪ 🙏🙏🕊🕊🕊

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @xggdgagx8875

    @xggdgagx8875

    4 жыл бұрын

    @@mezmurtheorthodox Ameen Ameen Ameen 🙏

  • @askaleworku7364
    @askaleworku73644 жыл бұрын

    Ameen Ameen bayee galatomi waqayoo siyaebisu farafano gofata kenya kan nudhagechisu ketifawaqayo umuri dherasif yakenu

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @kennaa.Tawahidoo
    @kennaa.Tawahidoo2 жыл бұрын

    Ameen.Ameen.Ameen waqayyoon farfanaa ergammoota.isiin.haa.dhagesisuu ebbifamaa ⛪✝️⛪🙏🙏❤❤

  • @tadalutadalu8715
    @tadalutadalu87154 жыл бұрын

    Galateffamma hamma bara baraati Hamma bara baraati mootidha ati 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💒💒💒💒💒💒💒💒Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo sagale jirenya si haa dhagesisu ebifammii dacha dacha

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @makdimakdi714

    @makdimakdi714

    3 жыл бұрын

    Ameen

  • @mooneetsolomon9995
    @mooneetsolomon99954 жыл бұрын

    Elelelele elelele elelele sagaalee bara bara sii haa dhagessisu akkanumati itti fuffi

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @yetnayetayelebezabih6567
    @yetnayetayelebezabih65672 жыл бұрын

    እጅግ ውብ ዝማሬ ነው። ወንድማችን እግዚአብሄር ይባርክህ።

  • @astarastar3512

    @astarastar3512

    Жыл бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN 🤲🤲🤲🤲

  • @neganegatu5364
    @neganegatu53642 жыл бұрын

    kan dhageefatamee hin qufaamneedha eebiifamii sagalee jireenyaa si hadhageesisuu. ameen

  • @abcsena6861
    @abcsena68614 жыл бұрын

    galatefammadha hama bara baara mootidha Ati Ameen Ameen Ameen👏👏👏

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @salamesalamee3854
    @salamesalamee38544 жыл бұрын

    Galateffammadhaa hammaa bara bartii mootiidhaa atti❤❤❤ Elelelelelele 👏👏👏 Elelelelelele 👏👏👏 Elelelelelele 👏👏👏 Farfaanaa ergaamootaa kaan mirraa kenyaa kakasuu kan lafee kenyaa jajaabeechuu sif haata'uu Sagalee jireenyaa si haadhageechisuu

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Eleeeeliiiiii Eleeeiii Eleeeiiii Ameen sinis faaruu ergamoota si haa dhageesisu!

  • @shadosagay1794
    @shadosagay17944 жыл бұрын

    Elelelelelelelelelelelelele Elelelelelelelelelelelelele Elelelelelelelelelelelelele Farmanaa ergamotaa kaan mira kakasuu kaan lubbuu gamachisuu kaan dinaa kenyaa dabilosi barbadesuu sii haa dhagechisuu Ameen Ameen Ameen👏👏👏

  • @zebenaydejene
    @zebenaydejene2 күн бұрын

    Elelelelelelellelelelelel❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Sagale Jirenya asin haa dhagesisu

  • @denkinesholjira6166
    @denkinesholjira61662 жыл бұрын

    ILLLLLILLLLILLL amma barbaaraat mootidha ati Amen Sagalee jireenya isin haa dhageesisuu amen Illlllllllliillil

  • @tigi3780
    @tigi37802 жыл бұрын

    Amen Amen Amen zimare malaktin yasaamalin👏👏👏

  • @masibirahanu5204
    @masibirahanu52044 жыл бұрын

    Elelleee👏👏👏 Elelleee👏👏👏 Elelleee 👏👏👏 Faruu ergamtotaa sina dhagesissu Faruun bayye jaladhu♥️

  • @salaleetaukoofbayyeeittiga3645
    @salaleetaukoofbayyeeittiga36453 жыл бұрын

    Ellllllll elllllll elllllllllll ameen ameen ameen sagalee waqqaayyoo sii haa dhageesiissuu motumaa waqqaayyoo sii haa dhalchiissuu💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒💒

  • @helenhayile8354
    @helenhayile83544 жыл бұрын

    Amen Amen Amen waaqayyoo sagale jirenyaa siyaa dhagesisuu ebbifamii kodee koo elelelelelel

  • @anaafkiristoosjireenyaakot9371
    @anaafkiristoosjireenyaakot93714 жыл бұрын

    Galateeffamaa hamma bara baratti atti Amma bara baratti atti mootiidha atti Waaqayyo gooftaa Abbaan jaalalaa Farfannaa ergamoota kan miraa kakaasuu kan Waaqayyo gooftaa kenyaa itti gammaddu kan dinna kenyaa Daabiloos gube barbaduu isiinif haa dhageesisuu mattii Waaqayyo EEBBIFAMAA Bayee faruu dhagefaatamee hin qufamneedha.

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @ababodabalaa1170
    @ababodabalaa11704 жыл бұрын

    Amen Farfannaa Eergamota Isin haa Dhageessisuu Elelelel Elelelel Elelelel

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @kulikuli6928
    @kulikuli69284 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Farafan eregamota kan mira kakasu kan lafe jajabesu kan dina Kenya dabilosi barabadesu isin yaa dhagesisu

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @tadessedegefa-uo5oq
    @tadessedegefa-uo5oq11 күн бұрын

    eeyyee dhugummaa warqqdhaa meetii miti. yaa tahuu malee yoo itti beekaan meetiinu warqeedhaa ,yoo itti walalaan warqeenuu meetii meetii gaditii.kanaaf olmaan waaqaayyoo inni keessaa nuf kafalee kan nu biraa faagatee miti.kunis waaqni keenyaa abbaan har'a namaa tolee boru kan nama bira sokku miti.galaani guddaa teessoo isaa irraatti ni dabaala, kanaaf nutti immoo ijjoolleen waaqaayyoo (maatiin abrahaam)isaa inni duraa rakkoo fi gidiraa argeef abjuu inni abjooteef hojiitti hiikamee sana hojii hiikuun mirgaa fi dirqamaa keenyaa taha.kanaaf abuna sawiroos nama akkaa cubbuu badu miitii yaa tahuu malee nama yeroo hojii samii waaqaayyoo irraa teessoo galaata qabuu irraa kan darbatamee dhaa.Ergamaa raawwii kana dhugomsuuf Raajotaa gurguddoo fi kan biroo ,gara biroonni immoo jiraatotaa biyyaa keessaa namaa maqaan isaa Taaddasaa Daggafaa Desiisi'a Ayyanoo,umrii,Gadaa ,gabaan ,Surree,nama lammii boruufaan jedhuu dhaa.beekaanif abbaa duraa hin dhalataan jedhanii beekaaniin yoo biraan bahaanii jedhamaa?cimii biraa gahi jedhamaa nama olmaa waaqaayyoo qabuu irraayyii.ameen

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa73204 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Galatefamadhaa hamma bara baraati ati motidha ati eyee motinii bara baraa iyasuu kirisitoosi qofaadha Eleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleleeleeleeeleleleleleleelele❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @user-xb2yd5jr6u
    @user-xb2yd5jr6u6 ай бұрын

    Amen.amen.galatefamadha.amma Bara.baratti❤🙏🙏🙏🙏

  • @xbffjffnff589
    @xbffjffnff5894 жыл бұрын

    Elelelelelelelelelelelele 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 faarfannaa baay'ee dhagafadhee hin qofinee yomuu

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @HabasiKariya-oy4zq
    @HabasiKariya-oy4zq3 ай бұрын

    Amen Amen Amen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AyantuuMoyisa

    @AyantuuMoyisa

    Ай бұрын

    Elelelelelele ❤❤❤❤❤❤

  • @ararseararse4263
    @ararseararse42634 жыл бұрын

    Gaalateffadhaa Amma baraa baraati (2) Eelllleeelllleeellee Eelllleeelllleeellee Eelllleeelllleeellee Farsaa ergamootaa isin haa dhagesisu Ebbifamaa

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @adisedonise3388
    @adisedonise33882 жыл бұрын

    Faruu Ergaammota isiin haa dhaagesisu 🙏🙏🙏

  • @Tiruneshl631
    @Tiruneshl6314 ай бұрын

    Ameeen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @abiyahabiyah2976
    @abiyahabiyah29765 ай бұрын

    Amen Amen Amen

  • @erocknanatnanat7337
    @erocknanatnanat73374 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Ebbifamaa ❤ waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa esiin yaa dhagesisuu matii waqayyoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @selamabera6342

    @selamabera6342

    3 ай бұрын

    Amen amen✥✥

  • @botin6076
    @botin607610 ай бұрын

    Amennnnnn amennnnnn yene getaaa tkxxx so much 🙏🙏🙏

  • @FeyisaBirehanu
    @FeyisaBirehanu17 күн бұрын

    Ameen Ameen Ameen ♥️♥️♥️

  • @imabetimulu3483
    @imabetimulu34834 жыл бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @Asad-eo4oy
    @Asad-eo4oy4 жыл бұрын

    Eleeeeliiiiii Eleeeiii Eleeeiiii

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Eleeeeliiiiii Eleeeiii Eleeeiiii

  • @derbiyorkina8805

    @derbiyorkina8805

    3 жыл бұрын

    @@mezmurtheorthodox Ameen Ameen Ameen

  • @user-yk7jt4if5z
    @user-yk7jt4if5z5 ай бұрын

    ❤❤❤❤eyni mootiidha waqayyoo si ebbiifamaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @fatenchoker5483
    @fatenchoker54834 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifami waqayoo sagalee bara barra si yaa dhagachisuu ebbifami farfaana miraa kassasuu dinnaa kenyaa cabbacabbassu nufi yaa ta.au 1♥️♥️♥️♥️♥️♥️💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲ebbifami 💝💝💝💝💝💝💔💔💔💔💔💔💔💕💕💕💕💕💕

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @buzuneshbirhanuukabada6692
    @buzuneshbirhanuukabada66924 жыл бұрын

    Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen elele elele 👏👏👏👏👏👏

  • @yeemareyamlejiinenyawoonen8845
    @yeemareyamlejiinenyawoonen88454 жыл бұрын

    Yaa waaqayoo koo Galaniifii Ulufini sifii haa tuu Umaa koo Eyaa maa kenii dhagefadhee umaa koo Koodee keenyaa waaqayoo gooftaanii sihaa Ebiisuu Sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen sinis Waaqayyoon sagalee jireenya si haa dhageesisu!

  • @yeemareyamlejiinenyawoonen8845

    @yeemareyamlejiinenyawoonen8845

    4 жыл бұрын

    @@mezmurtheorthodox Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @WarqeneshababayewAbabayewu
    @WarqeneshababayewAbabayewu13 күн бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee23034 жыл бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN waqayoo sagalee jirenyaa isni yaa dhagesisuu waqayoo goftani ebbifamaa obolewani koo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @hawwiidarajee2303

    @hawwiidarajee2303

    4 жыл бұрын

    @@mezmurtheorthodox AMEEN AMEEN AMEEN 🙏🙏🙏🙏😍😍😍

  • @konjitOrthodoxEthiopia1991
    @konjitOrthodoxEthiopia19912 жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜን 🙏🙏🙏

  • @buznashibachahunde2052
    @buznashibachahunde20522 жыл бұрын

    Amen Amen

  • @betelhemtigabu8468
    @betelhemtigabu84682 ай бұрын

    ዘመንህ ይባረክ❤❤❤

  • @sarkalemeshetu4499
    @sarkalemeshetu44992 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Waqayoo Sagalee jirenyaa siiini haa dhageessisuuu ebifamaaa

  • @sandysous6975
    @sandysous69753 жыл бұрын

    Eleleleellelelelleee eleleleellelelelleee eleleleellelelelleee eleleleellelelelleee eleleleellelelelleee eleleleellelelelleee farafana ergamtota issin haa dhagechisuu waqayo Ebifama matiwaan tawaahidoo Ebifamtotaa mati kiristos

  • @FeyisaKumsa-qx1je
    @FeyisaKumsa-qx1je2 ай бұрын

    Amen amen amen waqaayyo koo

  • @netsanetshuma7208
    @netsanetshuma7208 Жыл бұрын

    Ameen Ameen farfanaa ergamotaa kan miiraa kaakasuu kan diinaa keenya dabiloo barbaadeesuu sii haa dhagesisuu bara tajaajila kee siif yaa dheresu Ebbiiffam

  • @GetinnatZawde
    @GetinnatZawde5 ай бұрын

    Amen Amen Amen ❤❤❤

  • @bosenaazale2351
    @bosenaazale23512 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen waqaayyoo jiirenyaa siinf haa kenuu 🙏🙏🙏👏👏👏🙏🙏🙏👏👏👏

  • @aberashtewaahidoo3038
    @aberashtewaahidoo30384 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen faaru ergamoota si ha dhageessisuu Ameen Ameen ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤👐👐👐👐👐👐👐👐👐🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👐👐👐👐❤❤❤👐👐❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @nermeenabbas7993
    @nermeenabbas79934 жыл бұрын

    Elelelele

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Eleeeeliiiiii Eleeeiii Eleeeiiii

  • @user-gk4oz2dr3j
    @user-gk4oz2dr3j2 жыл бұрын

    እልልልልልልልልልልልልልል ዝማረ መላእክት ያሰማልን 😍😍😍

  • @eyuelking6769
    @eyuelking6769 Жыл бұрын

    tenkiyu farfanaa bayyee namattii toluu

  • @buzeesisaayyeorthodoxlij438
    @buzeesisaayyeorthodoxlij4384 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen waqayyoon goftaan sagalee jireenyaa si haa dhagesisuu ebifamii 🙏🙏🙏 Umurii tajajilumaa ke haa dheratuu motummaa waqayyoo keessatti si haa yaddatuu 🙏🙏🙏

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen Sin Waaqayyoo sagalee jireenya si haa dhageesisu!

  • @user-io3wo9fz6j
    @user-io3wo9fz6j2 ай бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN

  • @bahraibh790
    @bahraibh7903 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen eyeen amaa bara baraati galateefamadh sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu

  • @tigisit3370
    @tigisit33704 жыл бұрын

    ELELELELELELELELELELE 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏Elelelelelelelelelele 👏👏👏👏👏👏Ameen Ameen Ameen farfanaa ergamotaa kan miiraa kaakasuu kan diinaa keenya dabiloo barbaadeesuu sii haa dhagesisuu bara tajaajila kee siif yaa dheresu AMEEN AMEEN AMEEN ⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪💕💕💕💕💕💕💕🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Ameen, hundumaa keenyaa faarsaa ergamoota nuu haa dhageesisu.

  • @tejgeta8104
    @tejgeta81044 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen ameen ebifaamii wagayyoo baraa jireenyaa kee sii yaa ebisuu

  • @waqayyootieekootiikaaninaa1213
    @waqayyootieekootiikaaninaa12134 жыл бұрын

    Elleellee👏👏👏 Ellelelle👏👏👏

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Eleeeeliiiiii Eleeeiii Eleeeiiii

  • @faresnabilsi8610

    @faresnabilsi8610

    3 жыл бұрын

    @@mezmurtheorthodox m

  • @yemaryamnegn3975
    @yemaryamnegn3975Ай бұрын

    EGZIABER YIMESGEN ellllllllllllllllll ellllllllllllllllll betam des yilal baygebagnim zimare melaktin yasemaln wendmachin

  • @dinkemelkamu6960
    @dinkemelkamu69602 жыл бұрын

    Waaqayyo sagalee jireenya isin haa dhageessisu dhaaltu mootummaasaa isin haa qopheessu

  • @shitayewaktolla
    @shitayewaktollaКүн бұрын

    Amen amen amen❤❤❤

  • @asterniguse4553
    @asterniguse45534 жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜን

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @nadinenadine843
    @nadinenadine8434 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @QonjtekoQonjiteko
    @QonjtekoQonjitekoАй бұрын

    Eeellleeelllleee 🎉🎉🎉❤❤❤ebbifamaa

  • @waraqiitube8473
    @waraqiitube84734 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @oliifanabdannaahirphaa4092
    @oliifanabdannaahirphaa40923 жыл бұрын

    Faarsaa ergamootaa isin haa dhageessisu

  • @desalegnalemu6645
    @desalegnalemu66455 ай бұрын

    Waaqayyoon baraan baraan jiraatu kan Eebbifamee haa ta'uu.

  • @gaddisenagashu6572
    @gaddisenagashu65724 жыл бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @buzuneshkabada7731
    @buzuneshkabada77312 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Elelelelelel Elelelelelel Elelelelelel 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏❤⛪⛪⛪❤

  • @astutasemaa1412
    @astutasemaa14124 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Elelelelelelelele eleeleeleleelee 👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @manarkalba3866
    @manarkalba38664 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @BeyeneHaile-ne1ig
    @BeyeneHaile-ne1ig10 сағат бұрын

    Ameen Ameen ❤❤❤❤

  • @WarqeneshababayewAbabayewu
    @WarqeneshababayewAbabayewu13 күн бұрын

    Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee

  • @Burukee
    @Burukee4 ай бұрын

    Ameen Ameen Ameen 🙏 🙏 🙏 🙌 🙌 🙌 ♥️ ❤️ ❤️

  • @hiruthirut9796
    @hiruthirut9796 Жыл бұрын

    እልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልዝማሬ መላዕክትን ያሰማልን

  • @burtakanb5816
    @burtakanb58164 жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜንንንንንንንንን

  • @mezmurtheorthodox

    @mezmurtheorthodox

    4 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen

  • @user-rx1su2oe8c
    @user-rx1su2oe8c6 ай бұрын

    Amen Amen Amen 🙏 🙏 🙏 🙏

  • @DerartuBedada

    @DerartuBedada

    4 ай бұрын

    B me cd SC,

  • @abeladerese8593
    @abeladerese85932 жыл бұрын

    አሜን ቃለ ህይወት ያሰማልን

  • @kennaashawaa.9955ambo
    @kennaashawaa.9955ambo Жыл бұрын

    Galtefamadha mottiidha attii agaa bara barraatii Ellellellellellell Ellellellellellell Ellellellellellell🥀🥀🥀👏👏👏👏👏👏

  • @fenettesfaye8400
    @fenettesfaye84003 жыл бұрын

    Ameen Ameen

  • @user-uj4ip4bs9r
    @user-uj4ip4bs9r4 ай бұрын

    AmeenAmeen eliliiiiiiiiiiiiiiiiiiiiAmeen AmeenAmeen eliliiiiiiiiiiiiiiiiiiiiAmeen AmeenAmeen 🥰🤗❤

  • @AbdisaKebede-jc9bp
    @AbdisaKebede-jc9bp2 ай бұрын

    Waqaayyoo sagalee UMURI dheera itti tajajeltuu sif haa keenu

  • @user-cx3qk4du6m
    @user-cx3qk4du6m6 ай бұрын

    waqqayoo sii haa ebisu amale ameen 2:51

Келесі