Gugee koo,F/taa D/n Ayyanaa Fiqaaduu,farfaanna Afaan Oromoo ,2021

Музыка

‪@dagnustudio3457‬ #subscribe #share #like Gochu hin dagatina.

Пікірлер: 664

  • @Hantahab
    @Hantahab11 ай бұрын

    ኦሮምኛ ባልችልም መዝሙሩን ስሰማ ልቤ በደስታ ይሞላል በብዙ ተባረክ ወንድሜ 😊😊😊😊

  • @natidisasa6538

    @natidisasa6538

    10 ай бұрын

    Chalsh malet eko new l

  • @HAYMANOTEABEW325

    @HAYMANOTEABEW325

    9 ай бұрын

    ርግቤ ነሽ መደምደምያዬ ማርያም አንቺ ነሽ ሀብቴ መድኃኒት ወልደሽ ነፃ ወጣሁኝ ፅንሱ የዘለለዉ ድምፅሽን ሲሰማ

  • @Hantahab

    @Hantahab

    9 ай бұрын

    @@HAYMANOTEABEW325 አመሰግናለሁ ❤❤

  • @user-sb8pq3gu1u

    @user-sb8pq3gu1u

    7 ай бұрын

    ameen

  • @user-ti1kt6gt5v

    @user-ti1kt6gt5v

    7 ай бұрын

    ​@@HAYMANOTEABEW325m

  • @lemlemyedingillij7465
    @lemlemyedingillij7465 Жыл бұрын

    Gugee koo garraamii koo Maariyam Ati qabeenya koo . Nan furameem anoo Ati qoricha keenyaan. Ulfatu utaalee maqaa kee dhageenyaan😥🙏

  • @gadaa9586
    @gadaa95862 жыл бұрын

    Akkaam akkan jaaladha farfaana kana jechaan dhabaa Ebbifaami🥰

  • @beezaatube5553
    @beezaatube55532 жыл бұрын

    ✝️ ```💐Kiristoos Du'aa Ka'eera Angoo fi Humnaa Jabaadhan Seexanna Hidhee Adaamin Bilisa Baase Har'adha Jalqabee Nagaan fi Gammachuun Hundaa Keenyaaf Ta'ee 💐``` ```“Innoo As hin Jiiru, Ka'eera Luq. 24:6``` ```Elelelelelelelele 👏🎤👏🎤👏🎤👏🎤👏🎤👏 Elelelelelelelele 👏🎤👏🎤👏🎤👏🎤👏🎤👏 Elelelelelelelele 👏🎤👏🎤👏🎤👏🎤👏🎤👏 Faarfannaa Ergamoota Kan miiraa kakasuu Kan Waaqayyo Gooftaan gammachisuu Kan lubbuu Keenyaa boqachisuu Kan diinaa Keenyaa daabiloos barbaadesu Nuha dhaggesisuu Ameen ✝️```

  • @lensaamsalu8675

    @lensaamsalu8675

    Жыл бұрын

    Galtomi obolesa koo baayye Matti tola

  • @gyonait

    @gyonait

    Жыл бұрын

    Amen❤

  • @kebebukora436

    @kebebukora436

    Жыл бұрын

    Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen ❤

  • @senaayoutube8132

    @senaayoutube8132

    11 ай бұрын

    Maloo matti naa ta'aa❤❤

  • @keennaatube8046

    @keennaatube8046

    9 ай бұрын

    Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen 🙏🙏🤲🙏🙏🤲🙏🙏🤲🙏🙏❤❤❤❤❤❤

  • @warqiyeekasayee1621
    @warqiyeekasayee16213 жыл бұрын

    Ameen farfannaa Ergaamotaa sihaa dhagesisuu

  • @user-rs6it2kr7w
    @user-rs6it2kr7w2 жыл бұрын

    Enyuu kan akka kiyya titok irrati ilaale gara kana dhufe dhugaa waqayyo farfanna hin qufaamnedha ❤❤❤❤❤❤❤🤲🤲

  • @derbemetku4036

    @derbemetku4036

    2 жыл бұрын

    Anisi titok irtin ilalee kara kana dhufee🥰🥰🥰🙏🙏🙏

  • @ahadulyrics2885

    @ahadulyrics2885

    2 жыл бұрын

    @@derbemetku4036 animo bilbila namaran dhagaye kan si dhibu nama sanan maqa farfaticha nati himi jenan baye ol of kaase guyya bira nan jedhe ani guya san galgala youtube iran barbade argadhe

  • @sarasara-rs5kq

    @sarasara-rs5kq

    2 жыл бұрын

    Anis akkasuma

  • @tube6052

    @tube6052

    2 жыл бұрын

    Dhugaa jettee obboleessa koo

  • @gugeekoo4721

    @gugeekoo4721

    2 жыл бұрын

    KZread kiyyaas subscribe godha

  • @ganniitube2003
    @ganniitube20033 жыл бұрын

    Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell Ellellellell 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Faarfannaa ergamtootaa kan miiraa kakasuu kan lafee jajabeessu kan diina barbadeessu sinaa dhaageesisu ebbifamaa 👏👏👏👏✝️

  • @genettesema8908
    @genettesema89086 ай бұрын

    Gugee koo እርግብዬ graamii koo የኔ ገራም ማርያምዬ ማለት ነው ኡፍፍፍፍፍፍ እልልልልልልልልልልል እልልልልልልልልልልል ግሩም መዝሙር ዝማሬ መላእክትን ያሰመልን።

  • @salmakhan3464

    @salmakhan3464

    2 ай бұрын

    ቃለ ህይወትን ያሰማልን❤❤❤❤❤❤❤

  • @madeenamadeena7655
    @madeenamadeena76553 жыл бұрын

    ameen ameen ameen waqayo gofta n farfana ergamoota kan mira kakasu kan dina kenya dabilos barbadesse balesuu kan waqa kenya gammachisu si ha dhagechisuu

  • @sosans3175

    @sosans3175

    2 жыл бұрын

    Amen Amen Amen

  • @mganat2893

    @mganat2893

    2 жыл бұрын

    @@sosans3175 ameen 3🇪🇹⛪

  • @fevenfentaw3716
    @fevenfentaw37169 ай бұрын

    ኦሮምኛ አልችልም ግን በጣም ነው የምወደው ይሂን መዝሙር ማርያምን❤❤ ዝማሬ መላእክትን ያሰማልን ወንድማችን❤

  • @mutube1804
    @mutube18042 жыл бұрын

    ተባረክ ትርጉሙን ሳላቅ ደጋግሜ እየሰማሁት ነው

  • @getachewadugna8588

    @getachewadugna8588

    2 жыл бұрын

    rgibee maariyam innaatee maalet new.

  • @mutube1804

    @mutube1804

    2 жыл бұрын

    @@getachewadugna8588 endet des yilal

  • @deredatube16

    @deredatube16

    Жыл бұрын

    Guge koo malet....regbe hoy malet nw

  • @user-ec6pd3tn5h

    @user-ec6pd3tn5h

    6 ай бұрын

    it means Maryam is my medicine

  • @sharifaabdulla3282
    @sharifaabdulla32823 жыл бұрын

    Farfanna Ergamotaa kani mirraa kakasuu dabilosi barbadeessu lubbuu fayisuu siyaa dhageesisu Amen

  • @hayatlove-ko6wm

    @hayatlove-ko6wm

    Жыл бұрын

    Farfanna ergamotaa kani mirraa kakasuu dabilosi barbadeessu kan lubbuu fayisuu sihaa dhageesisuu galtomii obbolessa kenyaa Amen amen amen

  • @haymanotdejene641
    @haymanotdejene641 Жыл бұрын

    እግዚአብሔር ይባርክህ ዝማሬ መላእክት ያሰማልን ሲጃለዳ ናፍ ጂራዱ!!!

  • @kiyagesese2579
    @kiyagesese25792 жыл бұрын

    Uuuufffff endet des yemil mezmur nw zmare melaktn yasemaln wendme bebetu yaysnak🤲🤲🤲

  • @snakhoshoma5762
    @snakhoshoma57623 жыл бұрын

    Elellelelelelel 👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻 Elelellelelelle 👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻 Farfanaa ergamotaa kaan miraa kakasuu kaan dinaa keenyaa dabiloos barbadeesuu waqayyoo goftaan isiin haa dhagechisuu Ameen ⛪⛪⛪❤❤⛪💐💐

  • @ethioc_school4712
    @ethioc_school47123 жыл бұрын

    sagalee jireenyaa si haa dhageessisu daanyuu dhugaa natti toleera

  • @maramawit3772
    @maramawit3772 Жыл бұрын

    በጣም ዳስ ያምል መዝሙር ነው ዝማሬ ማላዕክት ያሰማልን

  • @user-robidbe

    @user-robidbe

    6 ай бұрын

    🙏🙏

  • @redu6911
    @redu69112 жыл бұрын

    በጣም ደስ የሚል መዝሙር ዝማሬ መላዕክትን ያሰማልን

  • @jmo5441

    @jmo5441

    2 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ellleee Ellleee Ellleee Ellleee Ellleee Ellleee Ellleee waaqqaayyo goftaan Farfannaa ergamootaa Kan miraa kakasuu Kan lafee jajabeesuu Kan dinaa kenyaa dabilosi barbaadesuu isiin haa dhaagesisuu ebifamaa Ameen Ameen Ameen ❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏🌹🌹🌹🌹

  • @redu6911

    @redu6911

    2 жыл бұрын

    @@jmo5441 Amen Amen

  • @jalanebekele9868

    @jalanebekele9868

    Жыл бұрын

    @@jmo5441 o

  • @bezaadinew2704

    @bezaadinew2704

    Жыл бұрын

    Zmare melaektn yasemaln

  • @seenafdisaasaa716
    @seenafdisaasaa7163 жыл бұрын

    Waqayyo Farfannaa ergamoota si haa dhagesisuu ❤️❤️

  • @beemnetadugna8778
    @beemnetadugna87782 жыл бұрын

    ዝማሬ መላእክት ያሰማልን🥰🥰❤❤

  • @aaeshaalali7453
    @aaeshaalali74533 жыл бұрын

    Ameen Farfaana ergaamotaa isiin haa dhagechisuu ebbifamaa

  • @waletekedanemeret7860
    @waletekedanemeret78603 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen waaqayyo isn haa eebbisuu

  • @user-gx1tv1bf6g
    @user-gx1tv1bf6g2 жыл бұрын

    ማልጠገበው መዝሙር 🙏🙏

  • @sifuabebe8714
    @sifuabebe87143 жыл бұрын

    Ameen waaqaayyoo goftaan farfannaa ergamoota siin yaa dhagesisuu ebbifami

  • @user-cp8dy1tz4z
    @user-cp8dy1tz4z2 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏uuuuuuffffff bayye jaladha mezemur kana waqayyon barra jirenyaa kee siif yaa dherresu 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @asstube2250
    @asstube22502 жыл бұрын

    Gugee koo garmii koo marayami atii qabenyaa koo Nani furamee mii kinoo ulfatuu utalee nagaa kee nagenyaa ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili 🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎧🎧🎧🎧🎧

  • @getachewassege4369

    @getachewassege4369

    2 жыл бұрын

    Gugee koo garamii koo marayami atii qabenyaa koo nani furamee ano atii qorichaa denyaan ulfatuu utalee nagaa kee dhagenyaan.............................

  • @derartudegefe1239
    @derartudegefe12393 жыл бұрын

    Sagalee jireenyaa waaqayyoo sii haa dhagesusuu

  • @gizeworkteka5757
    @gizeworkteka57572 жыл бұрын

    Ameeen Farsaa Ergamoota sihaa Dhagesisuu.Eebbifaami🙏

  • @abeeruaberu2894
    @abeeruaberu2894 Жыл бұрын

    AMEN AMEN AMEN Ebifamii waqayoon siyaa ebisuu ✝️✝️✝️✝️✝️⛪⛪⛪⛪⛪ kanuma calaa siyaa jabesuu waqayoon Ebifamii dhugaa waqayoon siyaa ebisuu ✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️

  • @seenaawallaggaa7645
    @seenaawallaggaa76452 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Amen waqayoo sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu 🤲🤲🤲👏👏👏⛪❤️❤️❤️

  • @mulu778
    @mulu778Ай бұрын

    Ilililili ilililili ilililili ilililili ilililili Guge koo garamii koo marayami atii qabenyaa koo nani furamee ano atii qorichaa denyaan ulfatuu utalee nagaa kee dhagenyaan Farfanna Ergamotaa kani lubbuu fayisuu siyaa dhageesisu Amen

  • @sexylady3769
    @sexylady3769 Жыл бұрын

    Gugee koo aramii koo👏👏👏💞💞❤💞👏👏👏👏Ellllllllllllleeeeeeee 👏👏👏👏👏👏👏Ellllllllllllleeeeeeee 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏Ellllllllllllleeeeeeee 👏👏👏👏👏👏👏 faaruu ergamoota saa dhageesisuu obboleessaa keenyaa dhugumaati Waaqayoon gooftaan AMEEN 🤲

  • @masratshifara2323
    @masratshifara2323 Жыл бұрын

    Amen Amen Amen Ebifamii waqayyoo goftanii sagalee jirenyaa sihaa agechisuu🤲🤲🤲🙏🙏🙏👏👏👏⛪⛪⛪💯👈🕯️🕯️🕯️🌹🌹🌹

  • @Mary-zl1do
    @Mary-zl1do Жыл бұрын

    Amen Amen Amen farfana ergamtota siha dhagechisu ebbifami dacha dachan firi tawayido

  • @derartuayele7075
    @derartuayele70752 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Faruu ergamtota si dhagechisu oblesa koo🙏

  • @senaayoutube8132

    @senaayoutube8132

    11 ай бұрын

    Maloo matti naa ta'aa❤

  • @meskremtawaiddoo3935
    @meskremtawaiddoo39352 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Elll elllll elllll elllll elllll elllll elllll elllll Farefana Eregamotaa Kan miira kakasuu lafee jajabbeesu dabiloosi barbadeesu Waaqayyoo gammachisu nuu yaa dhageessisa Ameen ⛪🕊️

  • @AsterKbru
    @AsterKbru7 ай бұрын

    ኦሮምኛ አልችልም ግን መዝሙሩ ስሰማው ደስ ይለኛል ዝማሬ መላክት ያሠማልኝ

  • @asterabera5748
    @asterabera57483 жыл бұрын

    ELELELELELELELELELELELE 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 🎤 ELELELELELELELELELELELE ELELELELELELELELELELELE 🎤 🎶 🎤 🎶 🎤 🎶 🎤 🎶 🎤 🎶 🎤 🎶 🎤 🎶 🎤 Farfannaa ergamota kaan mira nama kakasuu kaan lafe nama jajabesuu kaan dinaa keenyaa addunyaa kaan irraa balesuu nuuf haa ta'uu Ameen ameen ⛪ Ameen 🎶 🎶

  • @meskiyemariyamlij
    @meskiyemariyamlij2 жыл бұрын

    Elllllelelelele eeelllllllllllll farafann ergamotaa is yaa dhagesisuu ebbifaamii ❤👏👏👏👏❤✝️✝️

  • @user-uz8go2lq7h
    @user-uz8go2lq7h Жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መላዕክት ያሰማልን ❤❤❤❤

  • @obseobse563
    @obseobse5632 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen faaruu ergamootaa isiin haa dhagessiisuu ebbifamaa👏👏👏👏👏👏

  • @saraangela7437
    @saraangela743711 ай бұрын

    Amen Amen Amen ❤❤❤❤❤❤❤. Waqayoo sagalee jirenyaa sii haa dhagechisuu dhugaa waqayoo ❤❤❤❤❤

  • @KalKidan-vb9lk
    @KalKidan-vb9lk22 күн бұрын

    Amasii mayaami sii ilalatuu ❤❤❤

  • @WarqeneshababayewAbabayewu
    @WarqeneshababayewAbabayewu9 күн бұрын

    Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee Elelee

  • @diqineshchalaa8900
    @diqineshchalaa89002 жыл бұрын

    Waqayyoo sagalaee jirenyaa siya dhagesisuu Ebifamii Ebifamii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️umurii tajajila kee siif haaa dheresuu

  • @user-xg9hs6bh4q
    @user-xg9hs6bh4q2 жыл бұрын

    Elellelelele ❣❣❣ farfanaa Eragamotaa sif haa dhagesisuuu

  • @umuyabelete3664
    @umuyabelete3664 Жыл бұрын

    Amen amen ebbifami Waqayoo farru wrhatota siya dhagwchisu

  • @ayinalem779
    @ayinalem7792 жыл бұрын

    Amen Amen Amen 🙏🙏🌹🌹🌹sagale jirenyaa sii haa dhagechisuu

  • @meazahafiz4458
    @meazahafiz44582 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen waqqayyo goftan farfanna sagale ergamoota isiin haa dhagesisu dhaaltu motuma isaaf isiin haa qophefatu bara tajajila kessan isiinif haa dheresu ebbifama silaseen isiin haa ebisu

  • @birtukantolera4448
    @birtukantolera4448 Жыл бұрын

    Amen! sagale jirenya sii haa dhaggesisu!

  • @senaayoutube8132

    @senaayoutube8132

    11 ай бұрын

    Maloo matti naa ta'ii

  • @yonasworkie6720
    @yonasworkie6720 Жыл бұрын

    መዝሙሩን ባልስማውም በጣም እወደዋለሁ ነፍሴ ትባረክበታለች ስለ እመቤታችን ይመስለኛል ትርጉሙን የምታውቁ በአጭሩ ብትነግሩኝ ደስ ይለኛል

  • @dagizstars2121

    @dagizstars2121

    Жыл бұрын

    ketesasatku arimugn....gugeko garamiko mariam atqabegnakko ... .yane tihut............ mariam yne habt nanfurame ano ati koricha denyan ulfatuu utale nagakee dhagenyan teregagaw ene anchi mdanit weldsh tsinsu zelele selamtashin semto

  • @ethiopiaoromia9878

    @ethiopiaoromia9878

    Жыл бұрын

    ርግብዬ ማርያም እናቴ

  • @saharttttss915

    @saharttttss915

    10 ай бұрын

    እኔ ድኛለው መደሐኒት ስለወለድሽልን

  • @alemneshfayysaa5963
    @alemneshfayysaa59632 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen ebbifamaa sagaale jireenya isin haa dhageesisuu 🤲🤲🤲⛪⛪⛪🥰🥰🥰❤❤❤

  • @Gano-xh6uv
    @Gano-xh6uv2 жыл бұрын

    Waqayyoon farfaannaa ergamoota siyaa dhageesisuu ebbifamii Elleelleelleelleelleelleelleellee Elleelleelleelleelleelleelleellee 👏👏👏👏🎻🎻🎻🎻👏👏👏

  • @destatube7001
    @destatube70012 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen farfanaa ergamoota si haa dhagesisuu

  • @almaaztamire4890
    @almaaztamire48902 жыл бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN waqqayoo gooftan Farfanna sagaale Ergamoota sii haa dhagesisu ebbifami ⛪✝️❤🙏🙏🙏

  • @zabdituuwlmikaael5269
    @zabdituuwlmikaael526911 ай бұрын

    Waqayyoo farfanaa ergamotaa siyaa dhagesisuu ebbifaam obbollessa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @zerihunkasa1754
    @zerihunkasa1754 Жыл бұрын

    Amen Amen Amen Farfanaa Ergamota isiin haa Dhageesisuu waqaayoo

  • @destatube7001
    @destatube70012 жыл бұрын

    Dhugaa Waaqayyoo farfanaa kan maleedha kanan dhagefadhe hin quufne Waaqayyoo gooftaan mana isa kessatti si haa quusatu dhalatu mootummaa si haa tasisuu ❤️❤️✝️🙏

  • @senaayoutube8132

    @senaayoutube8132

    11 ай бұрын

    Maloo matti naa ta'ii❤❤

  • @beranitasani8365
    @beranitasani8365 Жыл бұрын

    Faaruu kaana dhagefadhee qufun dadhabee. Waaqayyoo Farfannaa ergamottaa si haa dhagesisu

  • @asegedeeshetu4426
    @asegedeeshetu4426 Жыл бұрын

    baa,yee jaladhaa faruu kanaa nufii Ebifamii kaa oblesaa koo Amen Amen 🤲🤲🤲🕊️🕊️🕊️🕊️🙏🙏🙏🙏👏👏

  • @yeshiigerma7839
    @yeshiigerma78392 жыл бұрын

    Eleeleeeeeee Eleeleeeeeee Eleeleeeeeee 👏🎤🎤🎤🎤🎤 Eleeleeeeeee Eleeleeeeeee Eleeleeeeeee 👏👏👏👏 Eleeleeeeeee Eleeleeeeeee faru ergamotaa si haa dhagesisuu baraa tajaajila kessan isinif haa dheresuu cimsee mana isaa keessaati si haa qusatuu ebifamiiiii

  • @gemechudeme5729
    @gemechudeme5729 Жыл бұрын

    Amen Amen Amen Faaruu ergamtoota si dhagesisuu

  • @wegilema8964
    @wegilema8964 Жыл бұрын

    Amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏 maryam Hadhaa koo😭🥰⛪⛪🇪🇹🇪🇹

  • @hannayoutube
    @hannayoutube2 жыл бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN waaqayyoo goftaan sagale jirenya isin haa dhagesisuu

  • @birtukankebebe8238
    @birtukankebebe8238 Жыл бұрын

    yerooo tokkon alkudhani ol dhageeffadhe quufun dadhabe faaruu ergamoota sii haa dhageessisu

  • @tigstuffhomaygad6169
    @tigstuffhomaygad61692 жыл бұрын

    Amen Amen Amen farfannaa ergamotaa sif haa dhageessisuu amen🤲🙏 👏👏👏👏👏

  • @bitaniyabekele1597
    @bitaniyabekele15972 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen elelelelel waqqayoo sagale Jirenyaa sii haa dhagesisuu ebbifamii 🤲🏻🤲🏻🤲🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @tewahedoemente2126
    @tewahedoemente21262 жыл бұрын

    AMEN farfannaa Ergamottaa isin haa dhagechisisuu Ebifamaa 👏 🎤👏

  • @yaracell8588
    @yaracell85882 жыл бұрын

    Amen Amen Amen eebbifaami Waaqayyoo sagalee issaa sii haa dhageechisisuu⛪🙏🙏🤲🤲

  • @EmebetAlemu-ft6bg
    @EmebetAlemu-ft6bg9 ай бұрын

    Waqayyooni sagalee jirenya sii hadha gee sii suu baraa jirenya kee haebii suu nufii jabadhu oboleesaa kenyaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💒💒💒💒💒👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤💒💒💒💒

  • @meazazeleke7551
    @meazazeleke75512 жыл бұрын

    Ammen Ammen Ammen Farfanaa ergamota kaan miraa namaa kakasuu kaan dinaa kenyaa dabilos barbadessuu nuuf haa ta'uu

  • @fantubayu6476
    @fantubayu6476 Жыл бұрын

    Elelelelelele🤲👏👏 faarfannaa ergamtootaa si haa dhageessisu 🙏 Amen amen amen🙏

  • @meseretordofa
    @meseretordofa7 ай бұрын

    Ayu ko dhugam dhugaati jechni tin si ebisu hin waqayoni si haa ebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @burtukantube1840
    @burtukantube18403 жыл бұрын

    Elelele elelele elelele elelele

  • @kidanemheretenateenetenesh8937
    @kidanemheretenateenetenesh89372 жыл бұрын

    Ameeeeeen ameeeeeen.ameeeeeen waqayoo sagalee jirenyaa sinii haa dhagesisuu

  • @TolaashiiFayisaa
    @TolaashiiFayisaaАй бұрын

    AMEEN AMEEN AMEEN abbaa farsaa kan waqaayyoon sagalee jirenyaa haa dhagesisuu❤❤❤❤

  • @retabacha7542
    @retabacha7542 Жыл бұрын

    kan mootummaa waaqayyo itti dhaaltu siif yaagodhu jabaadhu sagalee kanaan faaruu heddu akka faarfattu durbee maariyaamiin siyaagargaartu amiin

  • @eskutube137
    @eskutube1372 жыл бұрын

    Amen 🙏 maramiiii kooo sin jaladha

  • @gugeekoo4721

    @gugeekoo4721

    2 жыл бұрын

    Tnks bro I like it

  • @burteeburtee8498
    @burteeburtee849811 ай бұрын

    Ameen Ameen Ameen waqayoo goftanii saglee jirenyaa siyaa dhagesisuu kennaa Tawaahidoo ❤❤❤❤

  • @birhanee9404
    @birhanee940410 ай бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen farfanna Ergamoota isni yaa dhagesisuu ebifaamii 🙏🙏🙏😭😭😭😭😭

  • @user-is5oc7cl6d
    @user-is5oc7cl6d9 ай бұрын

    Ŝagalee jireenyaa si yaa dhageechisu. Dhaltuu Mootummaa isaa si yaa taasisuu. Ilili Ameen

  • @tigeewsanbetorthodox2742
    @tigeewsanbetorthodox27422 жыл бұрын

    Amen Amen Amen 👏👏👏🤲☝️💒🙏🙏💯💯 Ebifamii obolesaa kenyaa🙏

  • @senaayoutube8132

    @senaayoutube8132

    11 ай бұрын

    Maloo matti naa ta'ii

  • @amarechasefa4045
    @amarechasefa404510 ай бұрын

    Elelelel yemsegan zemare malak yasemalen obbolecha koo galattomii 🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @AbdulmunemMohammedAlsadi-cl9lx
    @AbdulmunemMohammedAlsadi-cl9lx Жыл бұрын

    🙏🙏🙏Ebifami sagalee Jireenya si dhgesiasu 🙏🙏🙏Amen amen amen

  • @hailudebelegudissa8496
    @hailudebelegudissa84962 жыл бұрын

    Ebbifamii Farffannaa Eergamtotaa si haadhageesisuu.

  • @fanosesufaa340
    @fanosesufaa340 Жыл бұрын

    Waqqayyoo faruu qulqulota si dhagechisu kadhanna hadhaa keenyaa ebbi hadhaa keenyaa nu haa jirtuu

  • @tigistnigusse7178
    @tigistnigusse71782 жыл бұрын

    Elllllliiiiiiii amen amen amen faruu ergmtota si dhagechisu oblesas koo

  • @Iloveyoufikr
    @Iloveyoufikr11 ай бұрын

    Des yemil mezmur zemari melaektin yasemalen ❤❤❤🎉

  • @hannarabi4080
    @hannarabi40802 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Amen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gnanalgnan9606
    @gnanalgnan96062 жыл бұрын

    Amen Amen Amen waqqayo sagale jirenya sifi ha dhagesisu

  • @esekhabtemariam1805
    @esekhabtemariam18052 жыл бұрын

    Guuge koo garrami koo 😭 Farfanna nama boosisu dha.

  • @senaayoutube8132

    @senaayoutube8132

    11 ай бұрын

    Maloo matti naa ta'aa

  • @user-ob7ob6wx2f
    @user-ob7ob6wx2f10 ай бұрын

    Dhugumaa dhugatii waqqayoo goftaan farfanaa ergamootaa sii Haa dhagesisuu ebifamii ❤❤❤

  • @user-dk2mq8yg8b
    @user-dk2mq8yg8b5 ай бұрын

    betam desi yemilegn mezmur nurilign wendime, nuuf jiraadhu waaqaayyo sagalee jiranyaa si'aa dhageesisu

  • @HanaHana-jc8zw
    @HanaHana-jc8zw2 жыл бұрын

    Amen Amen Amen

  • @genettesema8908
    @genettesema89086 ай бұрын

    ዋው ግሩም መዝሙር ዝማሬ መላእክትን ያሰማልን geletomi ulfadhu.

  • @betelhemtigabu8468
    @betelhemtigabu84682 ай бұрын

    የአገልግሎት ዘመንህ ይባረክ የኔ ወንድም

  • @monaabite9609
    @monaabite96092 жыл бұрын

    AMANE.AMANE AMANE.AMANE 💔💔🤲🤲🤲💔💔💔💔💔

  • @derejedejene637
    @derejedejene6379 ай бұрын

    አሜን አሜን ተባራክ ወንድማች የእመቤተች ተዘምሮ የምአልቅ አዴለም

  • @sila2142
    @sila21422 жыл бұрын

    አሜን አሜን አሜን አልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልል👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙏💒

  • @asteranbaseh9602
    @asteranbaseh96022 жыл бұрын

    Amen Amen Amen sagele jirenyaa sih fhagesisuu

Келесі