Dastaa Hinsarmuu - Ilma Waaqayyoo - New Oromo Gospel Song 2019 (Official Video)

Singer: #Dasta Hinsarmuu
Music: #Geme Biratu Video:#HooqubaaFilms producer:#DastaaHinsarmuuOfficial
Thank you for watching please don’t forget to #share and #subscribe.

Пікірлер: 294

  • @tsedalechbusha9097
    @tsedalechbusha90974 жыл бұрын

    Bariiii jirenyaakee hafeee waqayyoo nuf haa ebisuuuuuuuuu dastaakenyaa ebifamii dhugaa gottaakenyaa. Attii bagaa dhalatteeee tokichaa akkaa kummaaa sijallanaa❤️❤️❤️🙌🙌🙌🙌

  • @yunussofi9509
    @yunussofi9509 Жыл бұрын

    Farfaanan dasta isarmuu kun kan yeroo itti dabaree waaqayyoo nukeene galataa isaaf haata'u amen amen amen!!!

  • @waqayyootikseekotianihomah3827
    @waqayyootikseekotianihomah38273 жыл бұрын

    Gad adeemun Koo Hin Hafee Kanko Jirun Olumaa Waqayyoo baraf jirenyakeesaan gudda Godhee Haa Eebbisuuu Eebbifamaa

  • @Bontoo-kl4xz
    @Bontoo-kl4xz3 күн бұрын

    Ebbiifamaa guuddaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @feyisatilahun5442
    @feyisatilahun54423 жыл бұрын

    ayyaani goofta keenyaa sif haa bayyaatuu dadaabalee

  • @tamenediribsa1371
    @tamenediribsa13713 жыл бұрын

    Oluma adeemi Dasta or ደስቲዬ nama mul'ata dheeraa qabu milkaa'i

  • @ruthkiya9118
    @ruthkiya91183 жыл бұрын

    Wow farfanaa kana guyati siaa 10 dagefdhu qufu dadabee waqayoo irra irra ti dadabalee syadibuu dastuu ☝️🙏🙏🙏

  • @meritamiru3110
    @meritamiru31103 жыл бұрын

    Barii kassahunduu haa ebbifamuu🙏🙏🙏🙏👏👏👏🤲🤲🤲🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️❤❤❤❤❤

  • @FatumaKh
    @FatumaKh2 ай бұрын

    Ebbiifamaa waqayyoo barraa jernyaa kesanii haa ebisuuuuu

  • @xumuriirabumaa6429
    @xumuriirabumaa64292 жыл бұрын

    Ebifaaaaaaa ebifamaaaa naraa hitaa fiyokeeee haleluyaaa🙏🙏🙏🙏

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p Жыл бұрын

    Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa

  • @damegalasa2580
    @damegalasa25803 жыл бұрын

    Uffee kutattuu nama waaqayyoo eebbifami ! ati adduma jabaadhu

  • @maartaakumaa3923
    @maartaakumaa39232 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuufffffffeeeeee Faarfaanna kun har'a bor haaraadhu dhugaa 🎧❣💞❣💞❣💞 Ebifami Ebifami Nama Waaqayyoo Far// Dase🎸❣

  • @samerha4891
    @samerha48913 жыл бұрын

    Wowowowow desatyee Ebbifammii dachadhann

  • @fekadutsiyon1145
    @fekadutsiyon11452 жыл бұрын

    Uffffffffeeeeeeee haleluyaaaaaaaaa 👏👏👏👏👏👏👏💪💪💪ebbifami desetakoo❤❤❤😍

  • @burtukanjesus9012
    @burtukanjesus90123 жыл бұрын

    Woww woooooww woooooww woooooww woooooww elelelelelee elelelelelee elelelelelee

  • @user-gr3fh7mr9e
    @user-gr3fh7mr9e4 ай бұрын

    Uuuufee gooftaa Koo galatomi waqayyo ebbifama dhalootaaa

  • @caltuutuluu3495
    @caltuutuluu3495 Жыл бұрын

    Waa,uu ebifami nuu wajin jira goftaa ameeen ameeen

  • @abex5_
    @abex5_3 жыл бұрын

    Dhugumaan ati ilma waaqayyooti eebbifami D❤

  • @gemechugerbaba7682
    @gemechugerbaba76823 жыл бұрын

    ebbifamii dastaa keenya!

  • @MoiiOROMoii
    @MoiiOROMoii Жыл бұрын

    My hero!!❤❤❤💚💚💚❤❤❤

  • @asanatakele5259
    @asanatakele52593 жыл бұрын

    Legendary song from Our gospel singer,our voice,our hero our mega mind Desta Hinsarmu let God almighty bless you

  • @waaqayyogariidha4729
    @waaqayyogariidha47293 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ebifamaa sabaa waaqayyoo

  • @abdissamengesha876
    @abdissamengesha8762 жыл бұрын

    Ya-Waaqayyo, harsaa ijoollee kanaa fudhaadhu. እግዚአብሄር አምላኬ ይህ መስዋዕት በፊትህ ሞገስ ያግኝ🙏

  • @abelsakaofficialtube3031
    @abelsakaofficialtube30313 жыл бұрын

    Dastaa Hinsarmuu Albuuda guddaa wajjin Uumame! Eebbufami!

  • @akam4090

    @akam4090

    3 жыл бұрын

    Nama dhugaa

  • @SoressaYadeta-pl3do
    @SoressaYadeta-pl3do11 ай бұрын

    Woow Amazing Destaa Namaa waaqayoo ❤❤❤

  • @user-sc5su9eu7i
    @user-sc5su9eu7i5 ай бұрын

    Wow eebbifami Dastaa!!!

  • @biraaneebayyana5531
    @biraaneebayyana55312 жыл бұрын

    Ameeeeeeeen ameeen ebifaami

  • @hawigobana1902
    @hawigobana19023 жыл бұрын

    Eebbifami obbolessako!

  • @saroncheje
    @saroncheje3 жыл бұрын

    So beautiful! God bless you.

  • @lattuuchalaa2000
    @lattuuchalaa20002 жыл бұрын

    Wowww ❤️❤️ Ebifaa Dastaa in sarmuu dachaa ebifamii

  • @lattuuchalaa2000

    @lattuuchalaa2000

    2 жыл бұрын

    Amen 🙏🙏 Amen Amen Amen Amen

  • @kenateformeefa2110
    @kenateformeefa21102 жыл бұрын

    Waqaayoo dachaa sihaee bbiissuu ❤️❤️❤️❤️🎸🎸🎹🎺

  • @metitolesa8050
    @metitolesa80503 жыл бұрын

    Amen!!Amen!!!! Godbless you!!!

  • @yomifkumsisabededa3469
    @yomifkumsisabededa34692 жыл бұрын

    the best blessed singer desta insermu !!!

  • @adugnabest951
    @adugnabest9513 жыл бұрын

    God bless you abundantly!

  • @eyesusegetanewueyesuseyade3430
    @eyesusegetanewueyesuseyade34303 жыл бұрын

    WAWAWAWAWAWAWwawawawa,👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @jirayesusjirayesus5904
    @jirayesusjirayesus59043 жыл бұрын

    Ebbifamii

  • @ayantujesus5633
    @ayantujesus56332 жыл бұрын

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifama dachaa

  • @gamechujokora4206
    @gamechujokora42062 жыл бұрын

    Jabadhuu jaba nama waqaayyoo

  • @bulchachenalo3214
    @bulchachenalo3214 Жыл бұрын

    hin dhaphu nan deemaa🙏🙏🙏🙏

  • @habtamutamiru7755
    @habtamutamiru77553 жыл бұрын

    Ohh how wonderful !!!!

  • @boonsaabayyanaa1667
    @boonsaabayyanaa16673 жыл бұрын

    God bless U!

  • @abebaseyiume8949
    @abebaseyiume8949 Жыл бұрын

    ደስታ ጌታ ይባርክልን መዝሙሮችህን እወዳቸዋለሁ

  • @soromeketema5457
    @soromeketema54572 жыл бұрын

    Wow Desti koo U're blessed!😍😍😍😍

  • @omarmasalha1060
    @omarmasalha10603 жыл бұрын

    Wwwwwwwwwwww Jabadhuuuuuuuugalattomii. itti fufii nama kakuu

  • @adisuberisa
    @adisuberisa Жыл бұрын

    Nama Waaqayyoo Eebbiffama jechaa. Far. ke Lakk. 5ffa "atii duruma jirta, isaf garu ni danda'ama, dhugaa warqee waaqa.... "albuma guutusan dhabe essan argadha

  • @bahilutamiru4787
    @bahilutamiru47873 жыл бұрын

    ebbifamii

  • @caletatashoma6286
    @caletatashoma62863 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebifamii dachadhanii waqayoo Garidha ✅✅✅✅✅✅🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌👏👏👏👏👏👏😭🤝🤝🤝💐💐🔏🔏💐💐💐💐💐💐👏👏👏👏🙌🙌✅✅✅🙏🙏🙏🌻⚘🌷🌷🌷🌷⚘⚘🌻🌻

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay2053 жыл бұрын

    Ebbifami waqayoo si ebbisuu hamayuu

  • @omarmasalha1060
    @omarmasalha10603 жыл бұрын

    Ebbifamiiiiiiiiiiiiiiiiiiii. Namaa kakuuu

  • @BiraneLabata
    @BiraneLabata7 күн бұрын

    Ameeeennn

  • @yonatanmitiku369
    @yonatanmitiku3693 жыл бұрын

    GOD BLESS YOU.

  • @wark8474
    @wark84743 жыл бұрын

    Faarfanna kee isaa maal akkamitti dagatuu jedhu maaloo gadii nuf dhiisii

  • @obseetolosaa2037
    @obseetolosaa20373 жыл бұрын

    Uuuuuufffeeee ameeeeen ameeeen ameeeeen ameeeen ameeeeen ameeeen ebbiifamiii

  • @unikh9837
    @unikh9837 Жыл бұрын

    Uuuuuuffffff Uuuuuuffffff Eebbifamaa

  • @iyasutesfaye8407
    @iyasutesfaye84073 жыл бұрын

    JABAA NAMAA NU JIRAADHU

  • @adugnaworku6290
    @adugnaworku62903 жыл бұрын

    Inni eebbise hin gabiine barabaraan jiruf jireeya kee haa eebbisu!

  • @melattube8071
    @melattube80713 жыл бұрын

    Lammi koo kottaa maatti naf taha

  • @MetiTulu
    @MetiTulu10 ай бұрын

    Ilma waqqaayyoo

  • @diborashire8462
    @diborashire8462 Жыл бұрын

    Eebbifami!

  • @robetade3914
    @robetade39142 жыл бұрын

    Lene tnbit new mezmur tebarekln

  • @megmukobyayshi1
    @megmukobyayshi110 ай бұрын

    My god bless u amiziang 🤩🤩🤩🤩🤩🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @fikiruabdisa7162
    @fikiruabdisa71627 ай бұрын

    Fara'on akka taates of hin beektu.

  • @donidagne837
    @donidagne8373 жыл бұрын

    dasta goota dhigaa yesus dhalate guddatedha ati woooooooooooow much graceeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee

  • @meritamiru3110
    @meritamiru31103 жыл бұрын

    Ameen ameen ebbifama maati.waqayyo

  • @tsegayeberihe4429
    @tsegayeberihe44293 жыл бұрын

    a very beatutiful song

  • @dasigutu8372
    @dasigutu83723 жыл бұрын

    Jabadhu nama.waqayo

  • @nugijlv195
    @nugijlv1953 жыл бұрын

    GOD BLESS YOU

  • @adanudebel3342
    @adanudebel33423 жыл бұрын

    Eebbifami

  • @terefetafesebezuneh9214
    @terefetafesebezuneh92143 жыл бұрын

    jarana baandii aadatifis yaadaka. maal dalagani haa nyaataan😁

  • @minishadinku8605
    @minishadinku86052 жыл бұрын

    Ici oduu

  • @lubuumerga3047
    @lubuumerga30473 жыл бұрын

    Yeroo jalqaba faruu kee argee heddu galtomi waaqayyoo siiebbissu

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala74912 жыл бұрын

    Ameeen good bless you📚📖📖🙏💛💛

  • @bullobedasso7347
    @bullobedasso7347 Жыл бұрын

    መጋብ ደስታ እንሰርሙ ዘመር ግርመ ኩሣ ወንጌለዉ አድሱ የመልረሰችሁ ዉድ ቤተሰቤ ነችሁ ጌታ ይበርክህ !!!!!!

  • @dagafutashoma6575
    @dagafutashoma6575 Жыл бұрын

    Eebbifami Dasta ko

  • @huluncayeketema9313
    @huluncayeketema93133 жыл бұрын

    Malii inni dhiiraa ishee dhalaaf isheenis akkasuma isa dhiiafuu ni ragaduu maal qaba maqaa gooftaa keenya faarfatamee ragadamuun lusiifariif mootitti dukkanaatu araam isaan kan keenya jedhanii waan aaraniif.waaqni si haa eebbisu dassu

  • @jatanielemayoutubechannel8777
    @jatanielemayoutubechannel87773 жыл бұрын

    eebbifamii

  • @jireenyaaxilahuunqajeelaa4246
    @jireenyaaxilahuunqajeelaa42463 жыл бұрын

    God Bless You,

  • @betajes3196
    @betajes31963 жыл бұрын

    love it

  • @urjiioro8110
    @urjiioro81103 жыл бұрын

    Eebbifami ❤❤❤❤❤❤

  • @hanakasahun8164
    @hanakasahun816410 ай бұрын

    🎉❤🎉❤🎉❤

  • @manafaaruu2411
    @manafaaruu24112 жыл бұрын

    afaanirra na bu'u dide faarfannan kun ebbifami

  • @ayyaantuwaallaaggaajiraaye5082
    @ayyaantuwaallaaggaajiraaye50823 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeeen

  • @yanetchemeda3120
    @yanetchemeda31203 жыл бұрын

    Ebbifamaa 😘😘

  • @tashaletadasaofficial9955
    @tashaletadasaofficial9955 Жыл бұрын

    Gootakoo

  • @user-mz8yn6lo3n
    @user-mz8yn6lo3n3 жыл бұрын

    ኤቢፈሚ ደስቱ

  • @galataatamasguumafaa8794
    @galataatamasguumafaa87943 жыл бұрын

    ati kattiteetta

  • @babeegure6775
    @babeegure67752 жыл бұрын

    Wow tokkoffadha haadho

  • @jalannediscocell4809
    @jalannediscocell48092 жыл бұрын

    Ebifamaa

  • @sirbootagaragara
    @sirbootagaragara2 жыл бұрын

    wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww maati naaf taimee

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa3 жыл бұрын

    Ebifamaa ebifamaa 👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤😍😍😍😍💔💔💔💔💘💘💘📖📖📖📖📖📖📖👈

  • @efa.free.liting
    @efa.free.liting4 жыл бұрын

    Dastaa nama waaqayyoo, Waaqayyo siin haa eebbisu! Faarfannaa baay'ee namatti toluu fi kan baay'ee Maqaan Waaqayyoo ittiin jajamudha. Viidiyoo isaa ilaaluu qofa osoo hin taane jechasaa fi ergaasaatu macaafa qulqulluu nama beekuuf hubatama. Ayyaanni isaa ammayyuu dachaa siif haa dabalamu.

  • @woyessadubale3060
    @woyessadubale30602 жыл бұрын

    Eebbifami !

  • @hanatube8374
    @hanatube83744 жыл бұрын

    Waaqayyo dachaan sii Eebbisuu garuu kilipin ykn subisnii kessaan sirbarraa Addaa mitii maloo waqaa koo

  • @benyabakalcho8771
    @benyabakalcho87714 жыл бұрын

    waaqayyoo sii eebbisuu dastaa koo namaa eebbaa nuufi ta'i sii jaalannaa

  • @graceofgod868
    @graceofgod8684 жыл бұрын

    Eebbifami Dassuukoo! Ayyanni waaqayyoo si gargaareera! Ijoolleen shubbisa warri kaabaa akka waan macaafa Qulqulluu keessatti barreefameetti laaltan immoo itti Yaadaa.Shubbisni kan waaqayyooti! Chibchabaanis Waaqayyoof raganni kunis Waaqayyoof ni ta’a.Dassuu hojii bareedaa kanaaf guddaa Eebbifami! Obbolonnikoo hamma isiniif danda’ameen faaruu kana asumarratti laalaa malee download hin godhinaa.Obboleessa keenya yaa gargaarruu kanan!

  • @abarreshnaggassa9719

    @abarreshnaggassa9719

    4 жыл бұрын

    Eyyuu dhaaga jetaa haadhooko yoo namaa farafanaa tokkoo youbte irraa gadii lakkise achii D\fb achii ilani shere likii hin godha

  • @boonttuu3505
    @boonttuu35054 жыл бұрын

    Maal dha kun?Dastaa sirbuma kunoo yaa rabbi maal wayyaa ,...garamitti deemaa jirraa? Maal tu sirba biyya lafaarraa adda baase kana tokkumahoo😭😭😭

  • @SidaGetahun
    @SidaGetahun4 жыл бұрын

    Dastakoo maalum siigodhu maaloo ....Ayyaanni Waaqayyoo sirraa calaqqisu lubbuu koorraa akkan sijalladhu nagodhe. Naaf jiraadhu!!! Ati Eebba keenya!

  • @siinangooftaakoo7175
    @siinangooftaakoo71754 жыл бұрын

    Faarsaa dhugaa laphee nama tuquudha waaqayyo si haa Eebbisu dassoo ati durumaa waaqayyo sitti fayyadamaa ture

  • @asuualemu486
    @asuualemu4864 жыл бұрын

    Farfanaa bayee bareduu shubisaa kesaani balesataani ameeen ebifamaaa