#BAKAKKAA

Комедия

Qaalii entertainment yeroo hunda jimaata galgala sa'a 1:00 irraa eegalee baacoowwan babbareedoo isiniif qabatee dhiyaata isinis SUBSCRIBE gochuun maatii keenya taa'a!

Пікірлер: 139

  • @hayatteshome7470
    @hayatteshome74702 жыл бұрын

    Waaawu ❤️❤️👍 nama boharsituu galatoma jabaadha obboleewwan qaqqalii 👌👌👌

  • @wollagaakoo2686
    @wollagaakoo26862 жыл бұрын

    Sadaan keessan wal biratii arguu caala maltuu nama gamachisaa

  • @sarabati1209
    @sarabati12092 жыл бұрын

    Baayyee baredaa jabbadhu wanii ofii

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa16202 жыл бұрын

    bagumaa kenyaa ta'tanii dhugaa nuuf jiradhaa sanyii waan koo 💘💘💘♥️♥️🙏🙏

  • @muslimesmail6295
    @muslimesmail62952 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftan

  • @chaltumalimo4455
    @chaltumalimo44552 жыл бұрын

    Kkk baayyee nama bohaarsitu jabaadhaa

  • @mariam9214
    @mariam92142 жыл бұрын

    Www ijole bilo boshe ko

  • @kindebuli3098
    @kindebuli30982 жыл бұрын

    Oso arrabsoo dhistaan gaarii dha! Hojii gaarii itti jirtu garu safuu.aadaa fi dudhaa keenyaa sirriti egguu qabdus barsiisuus qabdu jechoota itti fayyadamtaan of eggannoo godhadhaa!

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa13842 жыл бұрын

    Wayyooo marimankoo uuukkkkkkkkkkkkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @urgokebe7331
    @urgokebe73312 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftan sanyiiwan kenaa jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🤣🤣💯💯💯👈👈

  • @mansurjabal6893
    @mansurjabal68932 жыл бұрын

    bayee garii dhaa sagalee hin jiruu hedu

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii39532 жыл бұрын

    Wayo garakoo kolfaa nuu fixanii 🤣🤣🤣🤣🤣❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️jabbadha qaxaleewwanii kenyaa

  • @firaoltakliye5715
    @firaoltakliye57152 жыл бұрын

    Qaxaleewwan Ijoollee kirstoos jabaadha bayyee isn jaallana❤❤

  • @ganatiayalew8639
    @ganatiayalew86392 жыл бұрын

    Wel come.baga nu dhufatani ijole tenya 💯🙏

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa24712 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣kun comedy Bakakkaa asmatawaa akkamiiti hhhhh Love it, make my day really, what a thought what a performance...great job my people🥰🥰🥰🥰🥰😲😲😲🤑🤑🤑🤣🤣🤣

  • @oromokoo1042
    @oromokoo10422 жыл бұрын

    Qabdee iraa hin turiin malidhaa dafa malee

  • @waybartube7211
    @waybartube72112 жыл бұрын

    Jabaadhaa qaxaleewwan koo

  • @masiiorotube5038
    @masiiorotube50382 жыл бұрын

    🤩🤣🤣🤣🤣maloo kolfan mucuq jabadha qaxalewan koo

  • @seenaaboruu9942
    @seenaaboruu99422 жыл бұрын

    Nuuf jiraadha qaliikoo

  • @jimojimo3148
    @jimojimo31482 жыл бұрын

    Akkam jirtuu qashitiwan Ijoollee Oromoo nuf jiraadha.diramaan kessani baayyee namaati tolaa jabaadha kan caalaa itii fufaa.👍😁😁😁😁🤣🤣🍏🍇🍎🍒🫒❤❤❤❤

  • @abdiinkoojiraataadha8074
    @abdiinkoojiraataadha80742 жыл бұрын

    Wow 😳😳 Bayyee namatii toltuu dhugaa ❤️❤️🙏

  • @galoocawwaqa1620

    @galoocawwaqa1620

    2 жыл бұрын

    💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘♥️♥️♥️♥️♥️

  • @jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
    @jofiiyeetaresaawaqayoabdii39532 жыл бұрын

    Baga nagani nufii dhuftanii 🙏🙏🙏🙏

  • @jesuschrist-kb7tx
    @jesuschrist-kb7tx2 жыл бұрын

    Wayoo garaa koo kkkkkkk

  • @genetgenet9909
    @genetgenet99092 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftee jarsaa qurcii 😂😂😂😂 uuuuuuuuuuuffff jarsaa qurcii akkatiin yaddee moo ,, hundaa keessaa oromoo koo siin jaladhaa , jabadhaa 🙏🙏🥰🥰🥰

  • @ogummatube856

    @ogummatube856

    2 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/iZt7ktKwlpDaY6Q.html

  • @hchhchd8002
    @hchhchd80022 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk wayiii garakiyaa nadhukubee

  • @ravenikiller497
    @ravenikiller4972 жыл бұрын

    Sila dhadhabeen jira hoji arbatin hama bashanan jira isin jalana

  • @siifaansiiffaan6324
    @siifaansiiffaan63242 жыл бұрын

    Wwwwwwwww baayee baayee naamaatii tolaa jabadhaa 👍👍👍👍👍👍👍♥️💕💕💕💕💗💗💓💓💓💓💓💞💞💓💓💓💓💗💗♥️

  • @sabboontuwallagaa1567
    @sabboontuwallagaa15672 жыл бұрын

    ijoollee afaan damma.

  • @lensiyadasa8091
    @lensiyadasa80912 жыл бұрын

    Woooooo baga nagaan dhuftaan

  • @sennaaorommoo6686
    @sennaaorommoo66862 жыл бұрын

    Garidhaa jabadhaa garruu sagalee malifii xiqesitan

  • @silashiolani1919
    @silashiolani19192 жыл бұрын

    What a cheeting..... gowwoomsaa hamaa😃😃😃😃😃😃 Good job... keep it up brothers!

  • @adanechabera7139

    @adanechabera7139

    2 жыл бұрын

    😍😍😍😍😍😂😂😂

  • @pelolll432

    @pelolll432

    Жыл бұрын

    😂😂😂😂😊😍😍😛😍

  • @walatmikaaeel6211
    @walatmikaaeel62112 жыл бұрын

    Baga nagan dhuftani sagalen keessan xiqoo in dhagamuu malee

  • @birubekele7712
    @birubekele77122 жыл бұрын

    Qaxaleewwan keenya itti fufaa

  • @alimaamifith3431
    @alimaamifith34312 жыл бұрын

    Wowuu bagaa naganii dhufatanii kolfanii nufixanii ❤❤❤❤

  • @ramajr8101
    @ramajr81012 жыл бұрын

    Wow 🤣🤣🤣🤣🤣bayyee namatii toltuu dhugaa

  • @tewodirostolassadiro5920
    @tewodirostolassadiro59202 жыл бұрын

    Hara,a Sagaleen warabbii kessaanii hin dhagahamu. Sirreessaa!.

  • @mareeoromoo
    @mareeoromoo11 ай бұрын

    Ijoolee qalii jiradha wagaa kuma ❤❤❤

  • @hawwiijesus201
    @hawwiijesus2012 жыл бұрын

    Dhumara dhageesisa malee homa hin dhageesisuho 😳

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo9082 жыл бұрын

    Kkkkkkkk Well Come Jaallatamookoo😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍

  • @laliiasfawuu3039
    @laliiasfawuu30392 жыл бұрын

    Isumaa dhumaa dhersaaaaa maloo 😁😁😁😁😁😁

  • @bonaa.tubbuu3689
    @bonaa.tubbuu36892 жыл бұрын

    Bayyee.namatii.tolaa.jabadha.ijollee.Qaxalee😃🧡❤❤💖

  • @Shamnad00742
    @Shamnad007422 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftanii nooruujennerraa

  • @urgokebe7331
    @urgokebe73312 жыл бұрын

    Barumsaa qaba ittii fufaa kkkkkkkkkk

  • @wollagaakoo2686
    @wollagaakoo26862 жыл бұрын

    Jabadaa qaalikoo

  • @lizamusiraj5297
    @lizamusiraj52972 жыл бұрын

    Sagalee maalif xiqqeessitan qaalii keenya

  • @yeshiitarikuu601
    @yeshiitarikuu6012 жыл бұрын

    maloo Garaa koo jiradha baayyeeen sin jaalaadha❤💞😂😂👈

  • @neimaneima7927
    @neimaneima79272 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftaanii🥰🥰🥰

  • @zenufaris8724
    @zenufaris87242 жыл бұрын

    Jabaadha bohaarsaadha!

  • @sabaafart5690
    @sabaafart56902 жыл бұрын

    kkkkkkkkkkk an isuma dhumarratti dogoggora shaakalaa sanatu na kofalchiisa dhugaa

  • @kayyoo7853
    @kayyoo78532 жыл бұрын

    Bagaa nagan dhuftaan ❤️❤️❤️

  • @SamsungAs-cq9jg
    @SamsungAs-cq9jg2 жыл бұрын

    WELCOME back

  • @senaa2350
    @senaa23502 жыл бұрын

    *🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞💞💞💞 Wayooooooo Garaakoo kolfaa mucuqii hojii keessaan nyadhaa dhugaa Waqayoo*

  • @jaldumedia1
    @jaldumedia12 жыл бұрын

    bagaa nagaan nuff dhuftanii qaxalewan kinyaa 🥰🥰 jabadhaa bayee manatii tolaa 👍👍👍

  • @t.b..1147
    @t.b..1147 Жыл бұрын

    Tirakterimoo waawoo galataomaa

  • @deemamonaco2180
    @deemamonaco21802 жыл бұрын

    😄 🤣 😂 😆 😄 🤣 😂 😆Namatti toltu wwwww

  • @birtukanfelekaa5925
    @birtukanfelekaa59252 жыл бұрын

    Wawawawa baay,ee boonsaa hojjiin keessaan,,Gedoo Kadhataa kee sirreessii,, ykn wa na godhii ykn wa naf godhii, ,, osoo hin taanee ya waqayyoi Akkaa fedhaa keetii na jiraachisidhaa,,utuu hin hubbaattiin qubaa hin gubbaatiin innii jedhaan kanaaka,,

  • @GraceHeals
    @GraceHeals2 жыл бұрын

    Utuu isin hin jirtan tahee maalan kolfaa maaloo!

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha33032 жыл бұрын

    Gagaa nagaan dhufita ummaa qashiti

  • @kifleayana7273
    @kifleayana72732 жыл бұрын

    Baay’ee bu’aarsaadhaaf barsiisaa Doha! 🤣🤣Jabbaadhaa, Galatoomaa!❤️❤️❤️

  • @Siifjira1000
    @Siifjira10002 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftaan

  • @margeeyesuusiif4484
    @margeeyesuusiif44842 жыл бұрын

    Akkattii namarartan nuuf jiraadha ❤❤❤🤣🤣🤣

  • @felmituarega7975
    @felmituarega79752 жыл бұрын

    Wooow jabadhaa

  • @lalisawase7046
    @lalisawase70462 жыл бұрын

    Isiiin egaa jira Yaa aboo

  • @feyisamereba2933
    @feyisamereba29332 жыл бұрын

    maalif sagalee dhabee

  • @hadhaako
    @hadhaako2 жыл бұрын

    ❤️❤️❤️❤️ jiraadhaa 🥰

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee5562 жыл бұрын

    Anaa dhufuu ❤❤

  • @gizuutube413
    @gizuutube4132 жыл бұрын

    😂😂😂😂❤️Good job

  • @senaittemesgen7351
    @senaittemesgen73512 жыл бұрын

    Wuu dhugaa dha gowwoosaan akkasii ni baayyata Barumsa gaarii qoosaa fakkatu dha

  • @Wankooshow
    @Wankooshow2 жыл бұрын

    Hojiin keessan dansaadha. Continue more....... Bakakaa mitii like fi subscribe sitti haa buusu.

  • @fatihajimmasanyiihaacaluu1872
    @fatihajimmasanyiihaacaluu18722 жыл бұрын

    Bakaka dhumaa kee natii busii?🤔 Ati diramaf jetee bakaka ofiti kadhatee Rabbii dirama ykn qosaa qub sin qabuu busun busu dhuma maloo wan dhugaa hin tanef ofiti hin kadhatina H Auzubilahi. 😓

  • @birqiyeyetawahidolijbirqiy3931
    @birqiyeyetawahidolijbirqiy39312 жыл бұрын

    Kkkkkkkk garaa ko

  • @mikyapp841
    @mikyapp8412 жыл бұрын

    What a comedy. ....hhh i love it

  • @salaahmuhammad9365
    @salaahmuhammad93652 жыл бұрын

    Classical irran baayyisinaa jalaa hambisaahuu sagaleen keessan hin dhagahamu

  • @gelenefufeta3356
    @gelenefufeta33562 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk maloo garaa na madahee kolfan

  • @Shamnad00742
    @Shamnad007422 жыл бұрын

    Maal sagaleen keessan injiruu

  • @wollagaakoo2686
    @wollagaakoo26862 жыл бұрын

    Laalisa geedo gamee

  • @kakwkwkwkwhwjw2jj649
    @kakwkwkwkwhwjw2jj6492 жыл бұрын

    Bagaa nagan dhufatan

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha33032 жыл бұрын

    Daafaa gaadii nuf dhisaa

  • @gadise896
    @gadise8962 жыл бұрын

    Jaabadhaa qaaliwaan oroomo

  • @zewdneshmeshesha5710
    @zewdneshmeshesha57102 жыл бұрын

    Kkkkkkk kkkkkkkkk kkkkkkk

  • @imuugirma7179
    @imuugirma71792 жыл бұрын

    Kkkk😁😁😂😂😂

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu57802 жыл бұрын

    Wow

  • @afafafsfafgahaha3168
    @afafafsfafgahaha31682 жыл бұрын

    Kkkkkkk

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat22012 жыл бұрын

    Wooooowwwwwww

  • @gelaneshibiru9008
    @gelaneshibiru90082 жыл бұрын

    So funny ❤❤❤❤❤🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @SamSung-gj4qt
    @SamSung-gj4qt2 жыл бұрын

    Dafa kotta💔💔💔💔

  • @helleen4304
    @helleen43042 жыл бұрын

    Wow ❤️❤️

  • @eliyastesfaye6120
    @eliyastesfaye6120 Жыл бұрын

    Bakakkaa

  • @eliyastesfaye6120

    @eliyastesfaye6120

    Жыл бұрын

    Kkkkkk

  • @abdicomputer397
    @abdicomputer3972 жыл бұрын

    Mansuur kottuu gudii kee ilaali

  • @temperedglass2356
    @temperedglass23562 жыл бұрын

    Kkk😍😍😍🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @abebetamiru3029
    @abebetamiru30292 жыл бұрын

    K`kkkkkkk bakakkaa !!

  • @gadisatesfayeyoutubechanne7780
    @gadisatesfayeyoutubechanne77802 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Adaneyosefmedia
    @Adaneyosefmedia2 жыл бұрын

    Xiqqoo sagaleen hin jiru!

  • @gadise896
    @gadise8962 жыл бұрын

    Maati NAAFI taa'a umaata qaashtii

  • @thstsg7142
    @thstsg71422 жыл бұрын

    🥰🥰

  • @milkesatube4981
    @milkesatube49812 жыл бұрын

    😂😂😂😂

  • @meskerembayisa7569
    @meskerembayisa75695 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤wowwwww

  • @shaashituuchawaqaa9006
    @shaashituuchawaqaa90062 жыл бұрын

    💯✅

  • @afafafsfafgahaha3168
    @afafafsfafgahaha31682 жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰

  • @habibagadisaa9757
    @habibagadisaa97572 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣

Келесі