#KURKURAA_

Комедия

Qaalii entertainment yeroo hunda jimaata galgala sa'a 1:00 irraa eegalee baacoowwan babbareedoo isiniif qabatee dhiyaata isinis SUBSCRIBE gochuun maatii keenya taa'a!

Пікірлер: 144

  • @jimojimo3148
    @jimojimo31482 жыл бұрын

    Kkkkkkk😁😁😁😁🤣🤣🤣👍 dhugaa waaqayoo diraaman keessani baayyee namaati tolaa jabaadha kaan Caalaa itti fufaa Artisti Oromootif tokkofaadha jabaadha qaqalliiwwan ijoollee Oromoo.😁😁👍👍❤❤❤❤❤

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    Maatii naaf ta'iimee

  • @fathimafathima1207
    @fathimafathima12072 жыл бұрын

    Qaliwwaan keenyaa nuf jiradhaa nu boharsitaan🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @gemedagidisa7769
    @gemedagidisa77692 жыл бұрын

    Hojiin isin hojetan baay'ee gaariidha baay'ee naati tolee jiraa an qoof osoo hin taanee hiriyootaa Koo illee baay'ee isin jallaan.hojiin keessaan itti fufaa moo hin dhataa akkaa yaada kooti otoo daraamaa dheeraa hojechuuti ce'etan baay'ee naati toola Gaama kamiinu waanti isin hiratuu hin jiruu isin jaalan 👍👍👍👍👍👍👂👂👂👂👂👂💟💟💟💟💟💟💟😁😁😁😁😁

  • @laliseayyana7800
    @laliseayyana78002 жыл бұрын

    Jajjaabee ijollee jabaadha bayyee namati toltuu

  • @matibedada6436
    @matibedada64362 жыл бұрын

    Diraamaa ijoollee kanaa baayyeen jaaladha🤣🤣

  • @kenaa693
    @kenaa6932 жыл бұрын

    Kkkkk ayi waradiya🤗😂😂😂😂

  • @ethiopannashorts
    @ethiopannashorts2 жыл бұрын

    Dafaa dafaa maaloo😲hurry up

  • @wedadereja7115
    @wedadereja7115 Жыл бұрын

    Wayyo garbo baloo sintii haa tolluu🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta69402 жыл бұрын

    Dhugaa annii inni video irraa citee hafuu akkm akka naa boharsuu sinittii himuu hin dandauu hhhhhhh qalii 💪💪👈👈❤❤💚👌👌👌👌👌 Qalii damaam siin

  • @muluchaka2816

    @muluchaka2816

    2 жыл бұрын

    😄😄😄👌👌👌👌👌👏👏👏👏

  • @saraatomsa61
    @saraatomsa612 жыл бұрын

    Jabadha

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto6182 жыл бұрын

    jajabeewaan ijoollee oromo Qaaliiwaan teenyaa nuuf jiradhaa ♥️💚♥️🌹💯✅🙏

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    Subscribe naaf godhii maatii naaf ta'iimee

  • @fenetabdisa9968
    @fenetabdisa99682 жыл бұрын

    Jajjabewwaan ijoolleeOromoo❤❤❤

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    Subscribe naaf godhii maatii naaf ta'iimee

  • @sirnefayissa6733
    @sirnefayissa67332 жыл бұрын

    Bayee garidhaa jabadhaa ijolee oromo

  • @esmitube16
    @esmitube162 жыл бұрын

    wow Baay'ee Namatti Tola Jabaadhaa itti fufaa

  • @lensiyadasa8091
    @lensiyadasa80912 жыл бұрын

    Wawawa bay'ee namati toltuu jabaadha 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

  • @hayatteshome7470
    @hayatteshome74702 жыл бұрын

    Kkkkkkk 😂😂 waaawu ❤️ jiraadhaa jabaadha

  • @mimobadhasa4675
    @mimobadhasa46752 жыл бұрын

    Bayee namati tolaa dhugaa jabbadha nuuf jiraadhu qomokaa bayee sii jaaladha

  • @boleinfo8636
    @boleinfo86362 жыл бұрын

    Isin Eegaa jira

  • @meseretn6354
    @meseretn6354 Жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣Dhugaa baayee namati tolaa jabadhaa

  • @adugnatefari9275
    @adugnatefari92752 жыл бұрын

    Isin ergaa jirta bar❤️❤️

  • @gelenefufeta3356
    @gelenefufeta33562 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkk uuuuu dhugaaa mataa na dhukubaa turee na dhisee kolfinan sin ilalee

  • @gelenefufeta3356

    @gelenefufeta3356

    2 жыл бұрын

    Uuuuuufff laphee na dukubsitanii yaa garaa koo jarsii shaxaa batee aramoo

  • @husseinhussein5873
    @husseinhussein58732 жыл бұрын

    Jabadhaa ijolee tenaa

  • @kindebuli3098
    @kindebuli30982 жыл бұрын

    hojii gaarii akka hojjataanif:- 1.Jechoota kashlaboonii gargaraam itti hin fayyadamina 2.safuu fi dudhaa keenyaa sirriti eggaa 3.kan nama barsiisuu ta'u qaba arabsoo dhisaa 4.Salaa dhiraa dhiruumaa kennaa 5.walumaa galaatii jechoota addaggee hin gargaraaminaa kabajaa guddaan siniif qaba

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    Subscribe naaf godhii maatii naaf ta'iimee

  • @urgokebe7331
    @urgokebe73312 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk jabadhaa obolewaan koo bay.ee namatii tolaa diramaan kesanii ittii fufaa kkkkkkkkkk 🥰🥰🥰🥰🥰💯💞🤲🤲

  • @askuumicooiyasuuuuuuus6085As
    @askuumicooiyasuuuuuuus6085As2 жыл бұрын

    kkkkkkkk bayee bareedaa jabadhaa 💯💯😍😍😍

  • @jiituuoromoo860
    @jiituuoromoo8602 жыл бұрын

    😁😁jaabadha Namatti toltu waaq ♥️

  • @elshaday979
    @elshaday9792 жыл бұрын

    Wow baayyee bareeda.

  • @yesusuanaafhundakoti4539
    @yesusuanaafhundakoti45392 жыл бұрын

    Wawoo jabadha qaxalewan

  • @mimobadhasa4675
    @mimobadhasa46752 жыл бұрын

    Wayoo garaakoo kolfan naa fixani❤️❤️❤️❤️❤️

  • @anuuorokushii6154
    @anuuorokushii61542 жыл бұрын

    Bayee isini jaladhaa 🙏💖

  • @hayatmuhamed840
    @hayatmuhamed8402 жыл бұрын

    😀😀😀Hojii baredaa hojetuu galatomaa

  • @habibagadisaa9757
    @habibagadisaa9757 Жыл бұрын

    Obbo offi egaa🤣🤣🤣🤣🤣🙆‍♀️🙆‍♀️

  • @etinish
    @etinish3 ай бұрын

    Jabadhuaa

  • @Wankooshow
    @Wankooshow2 жыл бұрын

    Dansaadha. Continue more......... Hirmaatoonnii diraama kana hundii keessanuu jajjabaadha.

  • @bonaa.tubbuu3689
    @bonaa.tubbuu36892 жыл бұрын

    Bagaa.nagan dhufatan

  • @fatimah09alkmm22
    @fatimah09alkmm222 жыл бұрын

    Hojii kessaan moo

  • @salihahamza9761
    @salihahamza97612 жыл бұрын

    Kkkkkk dutuun dutu

  • @keoltube3725
    @keoltube37252 жыл бұрын

    Hhhhh Quraliyoo 😁😁😄

  • @siifaansiiffaan6324
    @siifaansiiffaan63242 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkk namaa kofalchisaa

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat22012 жыл бұрын

    Welcome baga Nagaan dhuftaan

  • @deemamonaco2180
    @deemamonaco21802 жыл бұрын

    Kurkuraa 😄 🤣 😂 😆 😄 🤣 😂 😆 😄 🤣 😂 😆 😄 Akkan isin jaalladhuu

  • @kichudereje4811
    @kichudereje48112 жыл бұрын

    Kolfa nu fixxan uuuu🤣🤣🤣🤣

  • @mergaetefaofficial9943
    @mergaetefaofficial99432 жыл бұрын

    fiigichaa hin jbbitaam 🤣🤣🤣

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz4 ай бұрын

    Yooyaa 😍😍🥰🥰💞💞💖💖💕💕❤️👍💯

  • @genetgenet68
    @genetgenet682 жыл бұрын

    Qaqalii ijoolee oromoo Koo bagaa nagaan dhuftaanii 😍🙏💕😍🙏

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu25882 жыл бұрын

    Jajabeewwaan oromoo isiniti Xiqaata likefsherin💔💔💔❤❤❤❤

  • @johntaddesse1620
    @johntaddesse16202 жыл бұрын

    kkkk nama bohaarsa.

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha33032 жыл бұрын

    Well came qaxalewan kenyaa

  • @simboofayera3675
    @simboofayera36752 жыл бұрын

    kkkkkkkkkkkkkkkkkk.wayyoo kolfaa mucuqii Nuu gotaan jiraadhaa firootaan koo

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk11302 жыл бұрын

    Kkkkkkkk nuuf jiraadha 😁😁❤😍

  • @darartubiranu8151

    @darartubiranu8151

    Жыл бұрын

    Wwwwwwwww bayee namaatii tolituu dhugaa🥰🥰🥰🥰🥰

  • @burkaentertainment6929
    @burkaentertainment69292 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftan

  • @midaksagudina2347
    @midaksagudina23472 жыл бұрын

    Wow Amazing

  • @SirajBadhasooroyouTube

    @SirajBadhasooroyouTube

    2 жыл бұрын

    Midaksa maatii naa ta.ii saanyii kiyyaa

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee5562 жыл бұрын

    Anaa dhufuu qaalliwaan koo

  • @yeshiitarikuu601
    @yeshiitarikuu6012 жыл бұрын

    wayoo garaa kooo

  • @maskaramdarajee4970
    @maskaramdarajee49702 жыл бұрын

    🤣🤣🤣💟💟💟iti muda kkkkkkkkk

  • @faantufiqaadu4361
    @faantufiqaadu43612 жыл бұрын

    Kkkkkikk gamee🥰🥰🥰

  • @destadegust7603
    @destadegust76032 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk uuuuuuuuuuu kkkkkkkkkkkkk 😍😍😍💯

  • @fatimah09alkmm22
    @fatimah09alkmm222 жыл бұрын

    Abbuu mansuur 🤣🤣🤣

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto6182 жыл бұрын

    maali saree jiraa jetaani natti hin himtani maa 🤣🤣🤣🤣

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo9082 жыл бұрын

    Well come 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu25882 жыл бұрын

    Du.eeraakaa😁😁🤣🤣

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta69402 жыл бұрын

    Dafaagaa

  • @Shamnad00742
    @Shamnad007422 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣😜😜😜🤣🤣quraliyyokkkkkkk

  • @dinkamelese8132
    @dinkamelese81322 жыл бұрын

    kaameeraan qulqullina hin qabu

  • @firaoltsaga1794
    @firaoltsaga17942 жыл бұрын

    Qaqqaaliiwwan Koo❤️

  • @GraceShowtube
    @GraceShowtube2 жыл бұрын

    Maati kee taa'en jiraa attis maatiko naaf taa'i

  • @fenetabdisa9968
    @fenetabdisa99682 жыл бұрын

    Gammee koo

  • @ghgj7912
    @ghgj79122 жыл бұрын

    Yoon isinnin hordofuu nyaatta hin barbaduu!

  • @martbirqtube2501
    @martbirqtube25012 жыл бұрын

    Bayy'ee namati toltaan dhugaa Kolfii keessaan Garaa dhumaa kun faa💔🥰

  • @obsa870
    @obsa8702 жыл бұрын

    I can't wait much longer 😳

  • @kofladirqiiofficial8376

    @kofladirqiiofficial8376

    2 жыл бұрын

    Maatii naaf tahi k

  • @SirajBadhasooroyouTube

    @SirajBadhasooroyouTube

    2 жыл бұрын

    Maatii naa ta.ii saanyii

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    @@kofladirqiiofficial8376 ok atis naaf ta'iimee

  • @SingerGemechuRetaOfficial

    @SingerGemechuRetaOfficial

    2 жыл бұрын

    @@SirajBadhasooroyouTube atis maatii naaf ta'iimee

  • @habibagadisaa9757
    @habibagadisaa9757 Жыл бұрын

    Kurkuraa🤣🤣🤣🤣🤣

  • @saraatomsa61
    @saraatomsa612 жыл бұрын

    Qaxalee Wani kenya

  • @awelhussein8878
    @awelhussein88782 жыл бұрын

    nice

  • @obsa870
    @obsa8702 жыл бұрын

    15:36 😂😂😂😂

  • @qerroojidda6258
    @qerroojidda62582 жыл бұрын

    Dhugaa waqqa kan itti anu

  • @mrmoye5276
    @mrmoye5276 Жыл бұрын

    amazing

  • @gnetekebede9893
    @gnetekebede98932 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk👍💪💜

  • @fakiafakia7020
    @fakiafakia702011 ай бұрын

    wawo

  • @jalenewubayehu6292
    @jalenewubayehu62922 жыл бұрын

    Hahahaha

  • @salamtubetamasgen7479
    @salamtubetamasgen7479 Жыл бұрын

    Kkkkkk

  • @jamilajami5653
    @jamilajami56532 жыл бұрын

    ❤️❤️❤️❤️💯💯💯

  • @mafttu7385
    @mafttu7385 Жыл бұрын

    ❤️❤️❤️🤙🤙🤣🤣🤣🤣🤣

  • @gadomoti8233
    @gadomoti82332 жыл бұрын

    አብባላታአድሁማ bakka buutan

  • @adiluddiinjamaal5787
    @adiluddiinjamaal5787 Жыл бұрын

    😇

  • @temperedglass2356
    @temperedglass23562 жыл бұрын

    😍😍😍💗♥️🤣🤣🤣🤣

  • @afafafsfafgahaha3168
    @afafafsfafgahaha31682 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkk

  • @raabiihuseen5236
    @raabiihuseen52362 жыл бұрын

    🥰🥰🥰

  • @aliyeeyeewaalaa7717
    @aliyeeyeewaalaa7717 Жыл бұрын

    ❤❤❤

  • @tfsfhjdh3240
    @tfsfhjdh3240 Жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😁😁

  • @kiyyamucaawallaggacall6680
    @kiyyamucaawallaggacall66802 жыл бұрын

    😁😂🥰🥰🥰😍

  • @mucaadurbeemariyaamwaqayoo2086
    @mucaadurbeemariyaamwaqayoo20862 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂

  • @derartuabdi4330
    @derartuabdi43302 жыл бұрын

    Kkkkkkk

  • @taaddutube3200
    @taaddutube32002 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😂😀😀😀😀😀😀🤭🤭

  • @fatimah09alkmm22
    @fatimah09alkmm222 жыл бұрын

    🤣🤣

  • @yomifsedeta2243
    @yomifsedeta22432 жыл бұрын

    Isayyuu nama fudhattee dhuftii???🙈🙈🙈🙈

  • @kofladirqiiofficial8376

    @kofladirqiiofficial8376

    2 жыл бұрын

    maatii naaf tahi

  • @tasfayebiru3758

    @tasfayebiru3758

    2 жыл бұрын

    Sagalen kessan tv irratti hn dhuga’amu irratti hojjedha???

  • @faizabaalee8853
    @faizabaalee88532 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk

  • @sabboontusanyiimarroo8145
    @sabboontusanyiimarroo8145 Жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣

  • @mimobadhasa4675
    @mimobadhasa46752 жыл бұрын

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @fenetabdisa9968
    @fenetabdisa99682 жыл бұрын

    😁😁😁😁😁

  • @metioromiyyaa6415
    @metioromiyyaa64152 жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️😍😍

Келесі