BAACOO 'FAARFANNAAN KOO HIN GULAALAMU' | MO'AA TV

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
BAACOO 'FAARFANNAAN KOO HIN GULAALAMU' | MO'AA TV

Пікірлер: 619

  • @obseenmucakayyooti4308
    @obseenmucakayyooti43084 жыл бұрын

    Mee namni akka kooti kolfii garaa sin dhukkubse laeki na godha😆😆😆😆😆😆😅😅😅😅😅😅

  • @askalechalchisa7422

    @askalechalchisa7422

    4 жыл бұрын

    Pararam pararam jedhun kolfeee

  • @genetgenet9859

    @genetgenet9859

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkk

  • @hawwiidarajee2303

    @hawwiidarajee2303

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk kolifani nu fixani maloo 🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂

  • @masaretmasaret680

    @masaretmasaret680

    4 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk qabo

  • @boniiamboo8414

    @boniiamboo8414

    4 жыл бұрын

    😃😄😄😄😄😄😄😄

  • @kiyyaalvero5312
    @kiyyaalvero53124 жыл бұрын

    Yaa.garaa kooo naan du.ee kkkkkkkkk warri akka koo kolfan garan sin dhukkube like godhame

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera8264 жыл бұрын

    Yaanni keessan hundi gaariidha garuu maqaa gooftaatiin baay'istani hin qoosiinaa ani nama akkasumaan maqaa waaqa kooti dhawu osoo hin adabiin hin dhiisu jedha sagaleen isaa jabaadha waliin jirraa tiv mo'aa

  • @madaburqanagakooyesusulfad2135

    @madaburqanagakooyesusulfad2135

    4 жыл бұрын

    Ebifamiii waqayyoo sii haa ebisuu

  • @roozaaraggasaa9736
    @roozaaraggasaa97364 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuufi mucaan muziqaa hojiatuu kuuni obbolessaa koo see yaa rabbii koo

  • @galaaneezawuduu5486
    @galaaneezawuduu54864 жыл бұрын

    OMG akka Har'atti kolfee hin beeku dhugaa! uuuuuuufffeee kaa ebbifamaa waan baay'ees isiniiti daagadhera mee warri akkaa koo maati keessan irraa faago jirtaan😟 like

  • @songofsongs2973

    @songofsongs2973

    4 жыл бұрын

    kzread.info/dron/puLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg.html Waantota Faarfannaa wajjin walqabatee baruumsas ta’e Faarfannaa harraa irraa argachuu dandessa yoo jaallate share fi subscribe godhi

  • @romewaaqayyogaariidhaguyya497

    @romewaaqayyogaariidhaguyya497

    3 жыл бұрын

    jabaadhu qashtii tiyya fagaachuun barumsaa anis sanuma

  • @biliseadunya1004

    @biliseadunya1004

    3 жыл бұрын

    🙏

  • @singitanurjii4322
    @singitanurjii43224 жыл бұрын

    Warrii maqaa waaqayyootiin hin qoofamu jettan foon keessattii hubattaniitu malee kun qoosa miti barumsa guddaa of keessaa qaba mee hubadhatii ilaalaa keessuuma farfattoota bara keenya fi tajaajiltoota bara keenyaf sirriimattii barumsaa qaba dhugaa ebbifamaa warrii mo'a tv nu kolfisiisa nu barsiistani nuuf jiradhaa isin jaalana dhugaa ❤❤❤❤❤😍😍😍😍

  • @lalisawakjira9520
    @lalisawakjira95204 жыл бұрын

    Baacoo kana irra deddeebi'ee dhaggeeffadheera garuu yeruma hundumaa na ajaa'ibaa. Ijoollee kennaa addaa qabaniidha! Ergaa jajjabaa qaba! Galatoomaa!

  • @meettiqajeelaahafuuraaqulq6602
    @meettiqajeelaahafuuraaqulq66024 жыл бұрын

    Ebiifamii dhugaa ergaa gudaa qabaa mo,aa tv illee kanumaa calaa jabadhaa waan garii gochaa jirituu harasii akkumaa kana hojiin waaqayyoo akka daldalatii hojetamaa gurguramaa waan jiruufii Kun gahee qabaa kana calaa jabadhaa

  • @senamitiku8559
    @senamitiku85593 жыл бұрын

    Gooftaan baraf jireenyaa keessaan haa eebbisuu kallatti hundumatti eebbifamaa daribaa deemaa 💕💕💕💕💕💕💕Maqaa yesuusin

  • @maranathayesusindhufa6788
    @maranathayesusindhufa67882 жыл бұрын

    Dhugaa barumssa qabaa ebbifamaa hubannaa gafata malee qosa ti fudhata namnni bua,an isaa hedudha farsa jedhe siyasa sirba,, ijja qabuu,,amen ebbifami miki nama hubata baye si jaladha ebifami amalee

  • @mimigutama2091
    @mimigutama20914 жыл бұрын

    Ameeen baggaa walinuu nuga,e waqayoo baraaf jirenyaa keesaan haa Ebisuu ijolee kakuu 😁😁😁😁😁😘😘😘😘😘😘

  • @moibonbekele7462
    @moibonbekele74624 жыл бұрын

    Rabb isin haa eebbisu baayyeetu kennaa isaa malee rakkachaa jiraam

  • @baysegmail3578
    @baysegmail35782 жыл бұрын

    Ati magarsaadhaa naan jedhu 😆🤣🤣🥰🥰🥰👏👏👏👍👍👍

  • @iftuufajii2888
    @iftuufajii28884 жыл бұрын

    Idoo akkanati haleluyaa (waaqayyoo wamun gari mit maloo yaa waaqayyoo me nu qajelich😭😭😭😭

  • @arifashak6072
    @arifashak60724 жыл бұрын

    Dhugaa baarumsa guddaa of kessa qaba kan hubaateef waqaayyo isiin haa ebbiisu Ebbiifamtota ijoolle abbaa koo bara fi jireenya kessan haa ebbisuu waqaayyo

  • @ayantuelemowaaqayyootiksee5933
    @ayantuelemowaaqayyootiksee59334 жыл бұрын

    Wowowo barumsaa gudaa qabaa ebbifamaa Saba waaqayyoo ❤🙌🙌👏

  • @darbuunkeenyaahinoluu7506
    @darbuunkeenyaahinoluu75064 жыл бұрын

    Woooooooooow barumsaa bayyee qaba ebbifamaa

  • @biftuubiftuuiluuiluueee3021
    @biftuubiftuuiluuiluueee30212 жыл бұрын

    Wwwww oooo Ebbifama Dhugaa Ergaa guddaa ofi keessa qaba ❤❤❤❤❤❤💗💗❤❤❤❤

  • @shitayyeecamadaa8289
    @shitayyeecamadaa82894 жыл бұрын

    Ebbifamaa maqaa yesuusin Hundii kessaan dachaa dachaa 7 👈maqaa yesusin 🙌 🙌

  • @soorabulti1896
    @soorabulti18964 жыл бұрын

    You guys are very funny😍😍😍 God bless you all!

  • @eyeluethiopia9783
    @eyeluethiopia9783 Жыл бұрын

    wooooowww dhugaadhaa yesus koo dhugaa wannii byyeeni eraa baradheee oooooooooooo￶😂

  • @kumeradebelo8264
    @kumeradebelo82644 жыл бұрын

    Dhugaatti waan waldaan kiristiyaana fakkatu fi amantootni keenya keessa jiran dawwiiti sirriidha baacoon kun.waaqayyoo jireenya keenya haa bararuu!

  • @user-wj7vc3kn8w
    @user-wj7vc3kn8w4 жыл бұрын

    Bay,eee namatii toltuuu ebifama 😍💜🙏🙏🙏

  • @yeegeteelijkonjo9201
    @yeegeteelijkonjo92014 жыл бұрын

    Wwww qaboo Koo jabadhuu ergaa gudaa ofi kesaa baa nuu jiradhaa

  • @bireeyoutubebireyoutube1705
    @bireeyoutubebireyoutube17054 жыл бұрын

    Ebbifama Ebbifama bayee namati tolaa garuu warii jalaan kolfaa kun oso qanassanii bayyee gariidhaayuu♥️♥️

  • @sarahester363

    @sarahester363

    4 жыл бұрын

    Malo garaa ko deeee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sirinehaidar2556
    @sirinehaidar25564 жыл бұрын

    Kkkkk wayoo garako naa dhukkubee dhugaa uuuu kolfaa ebbifaamaa akkasumaan ittii fufaaa namatii tolaa bacoon kessaan

  • @nourrabah5238
    @nourrabah5238 Жыл бұрын

    Haayiiiiiiiiiii yaa hin nyaanaa

  • @lomehto5177
    @lomehto51774 жыл бұрын

    Ameen ameen bagaa walumaan genyee 💜💜💜💜💒💜💜👍

  • @fanusadis5368
    @fanusadis53683 жыл бұрын

    Kkkķkkk 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😂😂😂😂😂😂😂 wayoo gara koo kolfan du'ee rabii hojii kee nyaadhuu qabo koo ❤❤❤❤❤

  • @hassanahassoun8395
    @hassanahassoun83954 жыл бұрын

    Namattii tolaa garuuu dubin waqayyooti qosun gariimitti guyyaa dhumaa nugafachiisa

  • @werqeyeeejiguu3668
    @werqeyeeejiguu36684 жыл бұрын

    Wayyooooooooooo garaa koo dhugaa gooftan inuma gagabe koolfa qaboo koo

  • @diboraayesus163
    @diboraayesus1634 жыл бұрын

    Farfattaa garmama Qabookoo😍😍😍 isan lameenu baay'eeeeee namatii toltuu jabbadhaa malooo

  • @siabekele5927

    @siabekele5927

    4 жыл бұрын

    Baayee kofalchisaa 😀😀

  • @unikh2260

    @unikh2260

    4 жыл бұрын

    Happy new year kkkkkkkkk hhhhhhhhhh qaboo wayyii hojii kee ebifamaa dachaan hhhhhhhh kolfaan nufxaan 😁😁😁😁😁🙋‍♀️ namaa garamaa🤔🤔🎄🎄🎄🏝️🏝️🏝️

  • @clickcell5672
    @clickcell56724 жыл бұрын

    Yaa rabbii ajayibbumaa mee bara kanaa sirritin baradhee galatomaa

  • @jesusislord3635
    @jesusislord36354 жыл бұрын

    Kkkkkk wayyoo garaa koo 😁😁🤣😂 Eebbiffama barumsa guddaa ofkeessa qaba

  • @gonfetolesa6639
    @gonfetolesa66393 жыл бұрын

    It is really goods. it is very important good job wako ,Amanuel,milkesa

  • @lelifayera6608
    @lelifayera66084 жыл бұрын

    Waaqayyoo ISIIN Haa Ebbisuu Dachaan EBBIFAMA DARBAA Tarkaanfadha Addunyittif QORICHAA Ta'a maqaa Eyesusin .Barumsaa GUDDAA QABA isaa Hubaateef .Warrii Waldaa Bixxilaanii Qarshii funaanan isaaniif Wayyoo . Inni Gurra Qabu ISAA Hafuurii Wayyoo Waldaa kiristanaa dubbatuu haa dhaga'uu. Jedhaa

  • @iteenashmucaawalisosss3457
    @iteenashmucaawalisosss34574 жыл бұрын

    😁😁😁😁😁😁😁😁😁uffff yaa garaakoo qaabo yaa hojiikee ebbifaama hundiikeessanuu Tv mo,a ebbifamaa isiinis

  • @Abdi-Amsalu
    @Abdi-Amsalu4 жыл бұрын

    wooowwwww.......namatti tola dhugaa nuuf jabaadhaa.

  • @temesgeneba915
    @temesgeneba9154 жыл бұрын

    Nama bashannansiisaa barsiisuun gaariidha. rakkoo bara kanaa isa guddaa dha waan ta'ef. Garuu ijoolleen kun jabaatanii yeroo fudhatanii qabii jijjirrachaa (cubbuu hojjeran jechuu koo miti) Waaqayyoon kadhachaa deemuun gariidhan jedha. Waaqayyo isaan haa eebbisu!!!

  • @goodluckbolt9433
    @goodluckbolt94333 жыл бұрын

    Ulfaadhaa, haala tajaajiltoota bara kanaa sirritti muldhichaniiftuu jabaadhaa, waaqayyo isan haa eebisuu!

  • @jalallalisanyidhaa8121
    @jalallalisanyidhaa81214 жыл бұрын

    waqayyoo siini ha ebbisuu ijjoollee gooftaa iyesiis

  • @jesuslord7381
    @jesuslord73814 жыл бұрын

    Wayine motku ewunet Egzbher tsegahun ybzlachu Ameennnnn tebrkulng babzu ❤❤❤❤❤❤batem Wedachowalew

  • @songofsongs2973

    @songofsongs2973

    4 жыл бұрын

    kzread.info/dron/puLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg.html Waantota Faarfannaa wajjin walqabatee baruumsas ta’e Faarfannaa harraa irraa argachuu dandessa yoo jaallate share fi subscribe godhi

  • @welega2624
    @welega26244 жыл бұрын

    Wayyoo garaako kkkkkk Gara na dhukkubee itun kolfuu garuu barumsaa Baay"ee of keessaa qaba ebbifaama tv mo"aa

  • @araguuejetaa5462
    @araguuejetaa54624 жыл бұрын

    😍😍Galatoomaa dhuga bayee dasii namaa jetuu barumisaa gari hiraa baratuu 😂😂

  • @abbezawde6341
    @abbezawde63414 жыл бұрын

    That's good job #EYU. . .. . u have master mind , please we need in MOA GRAPHICS Program do that for us!!!! pleaseeeeeeeeeeeeeeeeee

  • @jesusloveme6418
    @jesusloveme64184 жыл бұрын

    Bayyee ebbifama isinan jalladha garu qoosa kessan kessatti maqa waqayoo dhahuu hin bayyi.issinaa waqayoo hin sodatama❤❤👈

  • @YeshooDAJJOO

    @YeshooDAJJOO

    Жыл бұрын

    JIRADHU

  • @jefiuaq6080
    @jefiuaq60804 жыл бұрын

    Dhugaa jetee saanyiikoo ebbifaamii dacgaruhaa ebbifaamii 😍😍😍😍

  • @seennagelt1491
    @seennagelt14913 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkk waqoo hojii kee jaarsoli waaldatu naarra tahee jabadhaa garidhaa

  • @dibooramucaayesuusi4237
    @dibooramucaayesuusi42374 жыл бұрын

    Kkkkkkk❤️❤️❤️❤️ jaladha waaqayyoo ogumma kan isin haa dabaluuu Farta garmma qabo

  • @songofsongs2973

    @songofsongs2973

    4 жыл бұрын

    kzread.info/dash/bejne/aW2clKWJZsKpp7Q.html

  • @taeramerga7886
    @taeramerga78864 жыл бұрын

    Waan baayyeen kolfe garuu waanti akka qoosaa kanaa na kolfisiise hin jiru. Kolfuu qofa miti barumsa guddaan irraa argadhe. Akkasitti Hojii wangeelaas, Aartii keenyas haa guddisnu.

  • @abdihinkutinyotubi6976

    @abdihinkutinyotubi6976

    3 жыл бұрын

    KKkkkkkkkkkkkkk 😃😃😃😃😃

  • @boziyagotata9278
    @boziyagotata92784 жыл бұрын

    WWWWWW Dhugaa Siritinii Kolofee Eregaa Gudaa Qabaa Jabadhaa Lamii Ko

  • @dickidicki3328
    @dickidicki33284 жыл бұрын

    Baayyee namaati tolaa qaboo jabadhuu

  • @peacesamsung1481
    @peacesamsung14814 жыл бұрын

    Baayyee dhuu farfaataa yeroo biraa farfaashuu ammaan yeroo siitii gababate

  • @zenebuduguma3399
    @zenebuduguma33994 жыл бұрын

    Waaqayyoo isin haa eebbisu baruumsa guddaadha bara kanaaf

  • @kurrii4870
    @kurrii48702 жыл бұрын

    Jabadhaa.kaa waqayyoo.isaani.yaa.ebbisuu.ebbifamaa☝💞💞💞

  • @maqidesdhaqaba6050
    @maqidesdhaqaba60504 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkk malloo mallo gara koo baayen kolfe Akasumaa barumsaa heddun argadhee Waqayyoo guddaa isin haa ebisuu ebifam Abet Akkam isin jaladhaa dhugaa onne koraan isin jaladhaa I love All TO TV MO A ❤❤❤❤❤

  • @mominahassen7580
    @mominahassen75804 жыл бұрын

    guddaa eebbifamaa ergaan keessan gaarii dha jabaadhaa.

  • @buzuyeb2413
    @buzuyeb24134 жыл бұрын

    Wwwwoooowwww hhhhhhhhh kolfan nufixani barana waqoo atim bakuma maratii nokofalchiftaa❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍

  • @daraartuutube6508
    @daraartuutube65084 жыл бұрын

    Eebbifamaa dhugaa😘

  • @asterdejene1685
    @asterdejene16854 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk kolofaa bayyae tokkoo namatii toolaa galatomii tv mo,aa eebbifamaa

  • @caltuulachisaa9496
    @caltuulachisaa94964 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen eebbifami

  • @misraoromo2669
    @misraoromo26694 жыл бұрын

    Jabaadha oromo koo isiin jalaadha oromo hundaa kessayyu nama afaan oromo dubatu 💘

  • @jesusislove2528
    @jesusislove25284 жыл бұрын

    Kkkkkk wayyii Qaboo baay'en si jalaadha keessuma immoo kiristana ta'u keeti baay'en Gaammaade Eebbiifama Mo'aa Tv

  • @nanajaffal5588
    @nanajaffal55884 жыл бұрын

    Qaboo madami naa lolchite. mali narati argite kolfita? nan Jette dhugaa kolfaa olden kolfaa bulee dhugaa waqaayyoo .Yaa Qaboo Koo kana dhugaa SII jaladhaa.❤❤❤💝💝💝🎧🌷🌷🌷🌷👍♥♥♥bashaatu beirut irraa GALTOOMAA GALTOOMAA

  • @lamlammlk9610
    @lamlammlk96102 жыл бұрын

    Nama dhugaa tanaan muzikesan tokkoo hafuuran gutamuu qaba ebifamii mikikoo bonaakoo echaa

  • @dibooramucaayesuusi4237
    @dibooramucaayesuusi42374 жыл бұрын

    Wayyoo garakoo Nama hubatee barumsa gudd Wanama bara kantti Waaqayyoo ogummaa nuufi haa keenu

  • @hohohobo2638
    @hohohobo26384 жыл бұрын

    Eebbifamaaa ijoollee waaqayyoo

  • @buzuneshibaayisaa2737
    @buzuneshibaayisaa27374 жыл бұрын

    Woyi hooji keessani kolfani nu,fixaani 🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩 jaabadha waaqayo sin,ebiisuu🌹🌹🌹🌹

  • @tigistgamee2691
    @tigistgamee26914 жыл бұрын

    Kkkkk Ebifamaa dhugaa ❤❤👍👍

  • @tomsam8778
    @tomsam87784 жыл бұрын

    Wayoo waqayyoo Isin haa ebbisuu😂😂😂😂

  • @askalechalchisa7422
    @askalechalchisa74224 жыл бұрын

    😎😁 ani hedduun kolfeee waqayyoon sinaa Eebisuu Garuu mucaan huuqqataan suni furdatee jiraa ija diinaarrà hafiii

  • @toleshe7182
    @toleshe71824 жыл бұрын

    Bacoo farfanaas jiraa 😭😭

  • @user-zz3bi7en1f
    @user-zz3bi7en1f4 жыл бұрын

    Yaa garaa koo kolfaan nu fixaan jaraa kenyaa 😂😂😂😂🤣🤣Ebifamaa dachaa dachaan kanumaan calatti Hubannaa ogummaa isaa sinif haa dabaluu barumsaa gudadhaa❤️❤️

  • @soretimulegeta6483
    @soretimulegeta64834 жыл бұрын

    haha 😂😂😂 so helpful be blessed guys🙏

  • @Gk-tq9jg

    @Gk-tq9jg

    4 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @taibagalatomisabonaprimo5153
    @taibagalatomisabonaprimo51534 жыл бұрын

    SUBAHAN ALLA YAA RABBI NU OLCHII AMIIIIIIIIIN

  • @teshaledestaofficial-youtu3274
    @teshaledestaofficial-youtu32742 жыл бұрын

    Baayyee nama bohaarsa!

  • @sanyiigeleta849
    @sanyiigeleta8494 жыл бұрын

    Wayyooooo laphee koo 😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀eebbifama

  • @ajamabayisa7158
    @ajamabayisa71584 жыл бұрын

    waan isin hojjeta jirtan ergaa guddaa qaba galatoomaa

  • @hohohobo2638
    @hohohobo26384 жыл бұрын

    Wayyooo dhugaa kolfaan dhumnne baranaa

  • @nxhmimibxnxmimii343
    @nxhmimibxnxmimii3434 жыл бұрын

    Kkkkkk qaboo caccabaa waayiii akkumaa ittii jaalaadhuu

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera8264 жыл бұрын

    Baay'ee nu bohaarsitan eebbifamaa fuuldurri keenya ifa

  • @fantuubaqqaanaa8213
    @fantuubaqqaanaa82134 жыл бұрын

    Dhugaa bayyeen kolfee garuu isaa maqaa goftaatiin qoftaan kanatuu naa gadiissiisee malee

  • @terikeyesusno3491
    @terikeyesusno34914 жыл бұрын

    Eebifamaa 😍😍😄😄

  • @ruufoarero9771
    @ruufoarero97714 жыл бұрын

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 I can’t stop laughing. Keep it up

  • @SamsungSamsung-og9pl
    @SamsungSamsung-og9pl4 жыл бұрын

    Ebbifamaa waqayyoo sin yaa ebbisuu kanumaa calati waqayyoo ogummaa isaa sinif yaa dabaluu hojiin keessan kun wantumaa bara kana dhalotara mulatudhaa barumsaa gudadhaa nama hubateef ebbifamaa

  • @qalbeessaadhugasaa3930
    @qalbeessaadhugasaa39304 жыл бұрын

    bless you my god

  • @isaanaafdhigeeiyesuusekoo6667
    @isaanaafdhigeeiyesuusekoo66674 жыл бұрын

    Maalooo garakoo na dhukkubee uuyyyyiii qaboo jabbadha dhugaa keessan jetanii ufeee

  • @waaqayyoguyyaaqaba7899
    @waaqayyoguyyaaqaba78994 жыл бұрын

    Waanti akkaan iddoo bayy'ee jira kaanfi kuni moo namotaa akkaasiif barrumasaa guddaadha jedheen yaada

  • @sirinehaidar2556
    @sirinehaidar25564 жыл бұрын

    Kkkkkkkkk 😍😍😍😍ebbaafaamaaa maloo

  • @AbisheEntertainment
    @AbisheEntertainment4 жыл бұрын

    MAAL NAMA KOLFISIISA AKKAS SAFUUDHAM, CAALAATTUU HEDDUU BARSIISAADHA.

  • @wegujesuscell331
    @wegujesuscell3314 жыл бұрын

    Ergaa Barumsaa Qabuudha. Ebifammmmmmaaaaaaaaaa

  • @peacesamsung1481
    @peacesamsung14814 жыл бұрын

    Akaamita namaa kaabbaaja qabbuu akkaa jetnii ifaamagaa fadhuu

  • @kadeejakadeeja1993
    @kadeejakadeeja19932 жыл бұрын

    kkkkk dhugaa ebiifaama ebiifaamma❤❤❤❤❤❤

  • @habeshawit2008
    @habeshawit20082 жыл бұрын

    Ayyiiiii😂😂😂😂 “sagaleekoo kan Magarsaa dha” jedhe……. Maagii utuu daga’ee maal in jedhaa😂😂😂😂

  • @biliseboroje1426
    @biliseboroje14264 жыл бұрын

    Reefuu waan nama kolfisisuu hojetani kkkk

  • @yesusjireenyaa3925
    @yesusjireenyaa39254 жыл бұрын

    Waayoo ani du'e waqaa koo😁😁

  • @hawaaimon3647
    @hawaaimon36474 жыл бұрын

    Ebbiifaamaa baayee naamatii toltuu

  • @mulemule2540
    @mulemule25404 жыл бұрын

    Maalook kolfaan dhagefachuu dadhabee

  • @Football__highlights883
    @Football__highlights8834 жыл бұрын

    Baay'ee namatti tola! Hin badina

  • @tigistmucaakakuu1547
    @tigistmucaakakuu15474 жыл бұрын

    wayoo kaa ani du'ee kolfaan dhugaa qabooo kòooooo uuuuuuuù

Келесі