ARTIST ABBABACH AJJAMAA FI FAARFATAA ROOBAA AMAAN WWAJJIN | QOPHII ADDAA AYYAANA DU'AA KA'UU 2018

Пікірлер: 74

  • @hassansabbagh140
    @hassansabbagh1405 жыл бұрын

    Ebifaami darbi deemi roobe bayye si jaalana ebifama mo'aa tv kabaajama nuf jiradha🎤🎤💕💕

  • @zelalembayisa2281
    @zelalembayisa22816 жыл бұрын

    Roobaa kiyya hedduu galatoomi! Gooftaan koo si yaa eebbisu. Obboleessi keenya qophii kana nuuf dhiyeessaa jirtullee gooftaan si yaa eebbisu. Ammas mul'anni keessan kana caalaa dagaagee dhaloota haa dhaalu!

  • @pd9193
    @pd91936 жыл бұрын

    Wwoow Artist hedduu jaalladhu dha ♤♡ Faarfataa roobaa isa si waliin jirutu hunda caala ...♡♡♡ eebbifamaaaaa

  • @BELDA143H
    @BELDA143H3 жыл бұрын

    Waqqayoo issin haa ebbisuu nama jallatamaa farfata roba aman ebbiffamii

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64566 жыл бұрын

    woow bayee namati tolaa farfaata Robaa Amaan eebbifamii jabadhu atii abba garii qabda hin dutuu waaqnii kenyaa waaqaa karaati nama gatuu mitii maqaan saa yaa ulfatu eebbifamaa hunduumti kesanuu🙌🙌🙌🙌😍😍😍😍

  • @dawitkeba2783
    @dawitkeba27836 жыл бұрын

    nutti himeera gaafa duruu du'aa ka'eera boola hin jiru(x2) isaa wajjin takka bulle sayiba isaa taane nullee nutti himeera gaafa duruu du'aa ka'eera boola hin jiru(x2) isaa wajjin takka bulle ilmaan isaa taane nullee nutti himeera gaafa duruu du'aa ka'eera boola hin jiru(x2) Ameen. Galatomaa!!.

  • @kidyfayutube8354
    @kidyfayutube83546 жыл бұрын

    Faarfataa Roobaa Amaan baayyeen si jaalladha Gooftaan si haa eebbisu.....Gammee atis eebbifami!

  • @keetuunaabonsaayesusoromoo433
    @keetuunaabonsaayesusoromoo4336 жыл бұрын

    Waqayyoo guddaa sin ebbisuu Tv mo.aa Artistii Ababbach bagaa goftaan sigargare ammayyu itti fufi Farfata Rooba faaru Ati faarsite baayee natti tolee anilee Boqote nuujedhan akka kaakuu sirra qabu waqayyo naabeeka ammas sumatu biyya araba fidaa

  • @nurituchiri5038
    @nurituchiri50386 жыл бұрын

    One of the best interviews god bless you both🙋.. Farfaata Rooba stay blessed man of God nuuf jiradhu

  • @user-ht5uq9xt8y
    @user-ht5uq9xt8y3 жыл бұрын

    Wow robayee

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara24376 жыл бұрын

    Waaqqayo siina ebbisuu faarfataa Robaa bagaa jiratee ati nama kakuu irraa jiruudha

  • @telilemelaku2827
    @telilemelaku28273 жыл бұрын

    Barrafi jiraayakee waqqayoo haebeesuu

  • @martaamokonon6201
    @martaamokonon62013 жыл бұрын

    Ameeni ameeni ebbifamii ebifami

  • @siifaamisiifaani1168
    @siifaamisiifaani11686 жыл бұрын

    Woww baay,ee namatti toola ebbifami waqaayyoon isaan ebbisuu waqaayyo baraan dabaalee Amen Amen amen amen haluuuuyyy eleleeeeeeeeeeeee

  • @chalatakela5406
    @chalatakela54065 жыл бұрын

    hojeettonii tv mo.aa fi horrdoftoonii tv mo.aa bagaa guyyaa du.aa ka.uu nagaan geessaan

  • @alogetachewag2291
    @alogetachewag22916 жыл бұрын

    Bayyyee bayyee natti toleera Eeebbifama hunduu nuf jiraadha isiin jallana💞

  • @amayyuuabdiinjiraa8133
    @amayyuuabdiinjiraa81336 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ameeen ebbifamaa saba waaqayyoo bayyee namati tola nuuf jiradhaa

  • @amiramira1219
    @amiramira12196 жыл бұрын

    Wow farfataa roba nuf afferu kesanif guddaa galatooma farfata bayyee jaladhu ebbifami frf robaa

  • @fkkjj9884
    @fkkjj98845 жыл бұрын

    Woww Ebbiffamma tivi mo,aa sinjalaanna itti nufufa yomuma nama goofta rooba Ebifami darba dema amallee🙋‍♀️

  • @booniemruyadesaa603
    @booniemruyadesaa6036 жыл бұрын

    Dachaan ebbifaama hundumti kesan 😍

  • @easternemera3955
    @easternemera39556 жыл бұрын

    Robaa waqayyoon si haa eebbisu! Jiradhu amayyuu

  • @memary323
    @memary3236 жыл бұрын

    uuuffffeeee goftaan siinaa haa eebbisuu eebbifaamaa ijollee goftaa indutuun jirataa maqaa yesussii.

  • @abidinkoojiraataadhaaalgat2355

    @abidinkoojiraataadhaaalgat2355

    6 жыл бұрын

    WWWWW:EBIFAA:MAA

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64566 жыл бұрын

    waaqayyoo bayee sihaa eebbisuu Addee ababach Ajaama eebbifamii dhugadha diraman tokko tokko isuma dhugaa namati fakaata kannumafi namni tokko tokko sinniti qabamaa garuu ilalchi kun akaa jijjiramu abdii qabnaa jabadhaa sinnitis hin dhagahamiini😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍

  • @eissaalkhawaja3564
    @eissaalkhawaja35646 жыл бұрын

    Huddumti keessaanu Wqy siin haa ebbisuu ,God bless you For Ever.

  • @ganatgadisa2390
    @ganatgadisa23906 жыл бұрын

    Faarfataa robaa gudaa ebbifamii💜

  • @seenaachalchisamucakakuu524
    @seenaachalchisamucakakuu5246 жыл бұрын

    Farfata Rooba Ebbifamii Baga Nagan gara interviyu irratti argamtee ebbifamiii hundi kessan ebbifamaa

  • @kenyalfal7605
    @kenyalfal76052 жыл бұрын

    Robaa betam yemewedew zemari ❤️

  • @tolesadiriba9151
    @tolesadiriba91512 жыл бұрын

    Dhugaadha!!

  • @gutemamgeleta
    @gutemamgeleta4 жыл бұрын

    It is good

  • @ebiseebise1843
    @ebiseebise18436 жыл бұрын

    Baga goftan sii jirachise Amasii darbii jira robaa ebbifamii hojatota mo'aa

  • @eissaalkhawaja3564
    @eissaalkhawaja35646 жыл бұрын

    farfataa Roobaa waaqayyoo sii haa Ebbisuu ,Ergaa 10/boodaa sii arguu koof bayyeen gammadaa ,Dirree Incinnitti dhuftee nuun Tajàjiltee Ebbifamii .

  • @eissaalkhawaja3564

    @eissaalkhawaja3564

    6 жыл бұрын

    waggaa Kudhaan boodaa arguu koof hedduun gammadee God bless you.

  • @tijimucayesusinjalaatamte.9969
    @tijimucayesusinjalaatamte.99694 жыл бұрын

    Farffata Roobaa baayeen sii jalaadha nama gooftaa farfannan kee baayeen jalaadhaa.

  • @salahayoubi5582
    @salahayoubi55824 жыл бұрын

    Bay'ee natii tolaa jabadhaa❤️❤️❤️

  • @roobsaanjabadhaitifufaorom891
    @roobsaanjabadhaitifufaorom8916 жыл бұрын

    Roobaa waqqayoo sihaa Ebiisuu Ebbifaamii

  • @workituhailu6134
    @workituhailu61346 жыл бұрын

    Ameennn A meeennn Ameennn A Eililili Eililili Eililili Eililili Eililili Eililili Eililili Eililili Eililili Eililili

  • @waaqayyobeekaadha8266
    @waaqayyobeekaadha82666 жыл бұрын

    wwwwwwww baayee namatti toltu gooftaan isin haa ebbisu ebbifama

  • @habeebaabdulla3568
    @habeebaabdulla35686 жыл бұрын

    ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa robaa amman baga gesse halelluyyaa ameeen

  • @marimmarima3236
    @marimmarima32365 жыл бұрын

    Jiradaa

  • @riphaqaataddasaa5925
    @riphaqaataddasaa59256 жыл бұрын

    Ameen gooftaan isiina ebbisuu

  • @waqayyootiksekoot4392
    @waqayyootiksekoot43926 жыл бұрын

    eebbifama hundumti keessan

  • @user-jd8pf8ee2k
    @user-jd8pf8ee2k6 жыл бұрын

    Ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeen haleeluyyaa ebbifamaa dachaa dachaa♦♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @chalidiro1107
    @chalidiro11076 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen 💔💔💜

  • @getinettafesetucho7999
    @getinettafesetucho79992 жыл бұрын

    Praise the Lord, amen!!!

  • @memary323
    @memary3236 жыл бұрын

    ilililililililili du'aa ka'eraa bolaan jiruu.

  • @gelanekelbisa744
    @gelanekelbisa7446 жыл бұрын

    Uffeeeee kan kee jirenyaa keesaayuu jiraanyaa bara barati

  • @bezawoya1377
    @bezawoya13776 жыл бұрын

    Kitabaa Rohan barreessee eessaa argatuu dandeenyaa ? You guys doing something great keep it up & stay blessed ..

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin64566 жыл бұрын

    kkkk wooow Suttumee fi Gammachun bayee namati toltuu goftaan sin yaa eebbisuu eebbifamaa qaxaalewan ijolee waaqayyoo😘😘😘😘😘😘👍👍

  • @muluworkgemeda1805

    @muluworkgemeda1805

    5 жыл бұрын

    Roobaa Baga Jiraatte Ammas Jiraadhu Waaqayyoo Si Haa Eebbibbisu

  • @fasikafyissa6867
    @fasikafyissa68676 жыл бұрын

    Amen Amen hallelujah yesus

  • @singerabbugetachow3792
    @singerabbugetachow37923 жыл бұрын

    Eebbiifama

  • @daadelamine7290
    @daadelamine72905 жыл бұрын

    Ebbifama

  • @biniyamakmel7211
    @biniyamakmel72116 жыл бұрын

    waqeyyon siaebisu ebbifaami bay en. sijaledha nema waqaa

  • @habeebaabdulla3568
    @habeebaabdulla35686 жыл бұрын

    wajjan

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara24376 жыл бұрын

    Nuuti himeera gafa duruu du'aa ka'eera bolaa jiruu saa ebbisuu

  • @gudetaguracha4270
    @gudetaguracha42706 жыл бұрын

    ebbifamii

  • @eissaalkhawaja3564
    @eissaalkhawaja35646 жыл бұрын

    woooooooooooooow ,

  • @ceritotesgera8023
    @ceritotesgera80236 жыл бұрын

    Artistiin hin baraatamuree maaloo amma

  • @dammeegammuchudammeegammuc4237
    @dammeegammuchudammeegammuc42376 жыл бұрын

    Ebifama

  • @QataaNufBariesaaamen
    @QataaNufBariesaaamen6 жыл бұрын

    uuuuuuufff Ebifama marti kessan.isin jalana Naga nu jiradhaa

  • @martymare5376
    @martymare53766 жыл бұрын

    Roba farfanaki bayeen jaladha ebifami

  • @beleteworku8307
    @beleteworku83074 жыл бұрын

    roban betam nw mwodew

  • @nigistasagid1472
    @nigistasagid14726 жыл бұрын

    farafata robba faraa kee bayyen jaladha damima koo irra dhagani guddadhe goftan dabale si haa muddu watu ta'aa maaqa kee yoo wamu yesus jedhe

  • @raheemahr8176
    @raheemahr81766 жыл бұрын

    Nii bareeda

  • @gutaduferafida4805
    @gutaduferafida48056 жыл бұрын

    Gaaridha, garuu introduction irratti namoota haasofsiisurratti hanqinni jira, namoonni akka of ibsu gochuun barbaachisaadha.

  • @tijimucayesusinjalaatamte.9969
    @tijimucayesusinjalaatamte.99694 жыл бұрын

    Dhuguma waatuu ta'aa maqaa kee yoon waamuu

  • @sanyiihambaaatomsaofficial1309
    @sanyiihambaaatomsaofficial13096 жыл бұрын

    Seeraa geezixeessaan ittiin nama gafatuun nama gafadhuu Gammiyyee

  • @tolesadiriba9151
    @tolesadiriba91512 жыл бұрын

    Aartii irrattii ammayyuu ni hafna Film industry

  • @arsitube5282
    @arsitube52826 жыл бұрын

    Jiiloochi

  • @waaqayyobeekaadha8266

    @waaqayyobeekaadha8266

    6 жыл бұрын

    maal taaaaateeeeeeeeee

  • @keetuunaabonsaayesusoromoo433

    @keetuunaabonsaayesusoromoo433

    6 жыл бұрын

    Oromo first Oromia hhhhhhhhhhh maali rakkina qabdamoo silaa ...... Waqayyoo sin yaadatu

  • @zakiromer3973
    @zakiromer39736 жыл бұрын

    Kkkkk hhh Kijiba kana dhiisa iyyasuus hin duune Inni ergama rabbiti

Келесі