welcome to united oromia
united oromia is an oromian online entertainment video creator we create drama videos, oromo latest music videos, oromo traditional show videos, oromo latest movie trailer and full movies, short oromo comedy’s and many more about #oromo and #oromia
Пікірлер
❤❤❤❤ wasllallaahu. aleeyii. Wasallam
Worri karaa nagaatin gale Eessa dhaqe? Yoo marii taates abbaa mari'atu qabaa dhiisi ati hin afuufinii.
Yeroo kana booda Eenyu wajjiini jiraachuu dandeenyaa? Eenyuu kan dhugaadhaan oromoof qabsa'aa jiru?
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤💪💪💪💪
Ajanda pp nuraa dhabaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kan kofiyaa dimaa dabalee pp tii kuuns ajandaa birootii
Hinfakatus
Kun adeemsa sirnawaa miti
❤❤❤❤
🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤
dhugaa keeti jaal
Fandadha.inii
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
You cant play with oromo blood
True jaal Nimoonaa 🙌 Oromo jebadaa ✊🏼 Oromiyanee biyaa ❤💚
❤❤❤❤❤💚💚💚♥️♥️♥️
❤❤❤❤
💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
Mashalla mashaalla horaa buulaa
Layr Layr shimels pant on fair 🤑
Isa fanno makina kessa buse nama qalu maalif dubbachu dhaban
Bara doofaa fi doomaanii Biyya Buchuu💘💘
Jiiradhuu qalii❤❤❤❤❤
Guyaa tokkoo isin gaffatta dhigni ilmaa nama😢😢😢
Eenyu kan shalamamaa ture ? eenyuu kan shalamu ? isanuma mitii !! dhuguma sirrii miti garu sagale gadii qabanii walitti himuun hin danda'amuu ? Kan na dhibu immoo waarra harka rukutu dha !rajii dha !!
❤💚❤🙏
Kkkkkk
TOTALY A LIE .How long are you calling OLA for peace ?
Ambulaansiin kan loltuuf kaabinee guuraa oolu sidha. Ilmakeetu wBO tti makame jedhe kan mana gubu kan maatii isaani saamu isisni.
Goota waltajji 😂😂
Shiimallis ! uumurii kee guutuu kijiba haasofta ! " ሕዝባችን በጭለማ ውስጥ እንዲኖር የሚያደርገው ይኸ ኃይል ነው " አልክ ግን ሕዝብ በጭለማ ውስጥ ሲኖር እሱ ምን እንደሚጠቀም አልተናገርክም ! የስድብና የፕሮፓጋንዳ ዘመቻውን ተወው እና ከቻልክ ለሠላም ንግግር ሁኔታው እንዲመቻች አድርግ !
Salpina kana kan dhaabuu dadhabe sidha !
Gad deebituu wayyi, gadi gali ! Ati eenyun taa tee akka ijooleeti kotaa galaa jeta ? dadhabduu 👎
Dogongora miti.
Mashaallaah rabbiif jecha isin jaalannaa Baabaa keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤
Ani kanin ja,u opalansii tana Kani ayoole tenyaa itii tajajiilaan malif waran ergaan re mal godhaan duba😂 waraani bilisumaa oromo gubumaalee
Tarsaa'a
Hangaa dhugaa dubatuutii araarrii wayiitu hin jiru
hidhannoo WBOn hidhate jiru kana qabattoo kofoo(surree) se'eey namichi daa'imni kun?! hundaafu hin hiikkannu garaa kutadhaa.
Shimalis fi bilxiiginaan mana saba OROMOO ibidddaan gubaa, qee OROMOO barbaadeessa, ILMAAN OROMOO LAFA IRRAA fixuuurra jira. Saba OROMOO irratti DUGUUGGAA SANYII raawwata OROMIYAA MARA KEESSATTI. AKKAMMOO BILXIIGINAAN BADII FI BALAA DUGUUGGAA SANYII SABA OROMOORRATTI RAAWWATU ADDUNYAATU BEEKA. SHIMALISI ABDIISAA MAAL JECHURRA JIRAREE? SHIMALIS MAAL BUUFACHUUF AKKANATTI KIJIBAA YKN SOBAA?
Afuuftuu kijibi wadaalli harree Yeroo halaku hanga quufu hin beeku jedhama. Ati abbootti gadaa ajjeessaa mana ummata oromoo gubaa Ilmaa keetu daggala jira jettee Haadha ijoollee torba kuulee Hawwaas ajjeechaa suukuneessaa Irratti raawwaachuu kijiba kee Ooffaa jirtaa beeki siin jecha, Diinni oromoo guddaan ppdha Siin jedha.
❤
Mootummaan ummataan osoo hin filatamnee paartilee jiran ukkamsanii mootummaa ummatanan filatamee jechuun salaphiina kun abiy nama teessoo jaalata
❤❤❤❤❤❤❤❤ OMN sagalee uummata
😂😂😂😂😂
Enyu akka hiikkachiisu eenyu akka meeshaa ammayyaa mitii mancaaf fi iboo isaa irraa akka fuudhee rakkisaaru ummanni badhaan hin beeka