Yadesa Shiri - Ethiopian Afan Oromo Protestant song -DIBATA IJAA BAASU/የበቀል ቅባት (Official Video)

Ойын-сауық

#YadesaShiri #DibataIjaaBaasu #shakaayinaa
Official music video for "Dibata Ijaa Baasu" by Yadesa Shirii.
Subscribe to Yadesa Shire Official On KZread for more videos.
Yaadoo:
Wangeelli mana koo gallaani aduun koo dhiite hin bariite
Miilli kee Yesuus mana koo ol Gallaani naqati du'aa naqati du'aa narraa adda baate
Utuu harki kee na dibuu argeera giimii abiddaa arraba kootti buuse
Ifni guddaan tokko mana koo ol galeera dukkana limixii mana kootii gadi baase
Onaa koorratti mul'attee waan gogaa naaf sochoofte
Dukkana kootu bari'e
Duunni mataatti ol na baate yaaddoon natti xaxame
Siin argee narraa ka'e
Erga gaafa ati maqaa koo harka keetiin katabdee
Galmee jiraatoo irratti
Jireenya kootu dabaleemi ulfina kootu dabale sichi ol malee gad miti
Safuu yaa ayyaana kee
Safuu yaa dibata kee
Safuu yaa ulfina keey
Kan ati ol qabde eenyutu gadi qaba
Harka keetu irraa deebisa daba
Eseqiin,Sixinaas yoo itti cufani
Reehoobootiin garuu takaa hin danda'ani.
Gubaa madaa koo situ qoricha itti naa cuunfe
Loltuu dhugaa koo nyaattuu situ narraa oofe
Ulfaadhu abbaa koo sidha nagaan koo
Ulfaadhu abdii koo sidha nagaan koo
1.Danuu lolamtus takkaa hin mo'amtu sanyiin warra Yesuus
Duunni labsameef lafarraa hin baddu qomoon Mardokiyoosi
Balballi Si'ol takkaa hin dandeessu laphee Yesuusiin baatu
Tilmaama diinaa bira ol darbeera sanyiin Heleel(Lucifer) nan nyaattu
Sitoo na dura deema
Cabsee sibiila diimaa
Olan deema
Na dibdee dibata ijaa baasu
Diina kootti abboomte laphee naasuu
Gandashii galeera ergaan naasuu
Simboo fi haaddidduushii irraa kaaftee
Hadheeffamuu kiyyaas ofii baattee
Naanimmoo ulfinaan lafaa kaaftee
Yesuus koo yaa gaaddisa koo
Baguma dhufte mana koo
Silaa yoona maal taati carraan koo
2,Manni Daawwit guddachaa deeme kaleessarra jabaachaa
Kan Saa'ol diinni nama dibataa ni deeme gad xinnaachaa
Ati garaa namaa jaallannaan karaa situ mijeessa
Dirree ulfinaa ati naaf ilaalte eenyutu na dhowwachiisa
Sitoo na dura deema
Cabsee sibiila diimaa
Olan deema
Bidiruun caccabus ce'uu hin oodles
Inni naaf dubbatus dhugaa hin haalle
Ba'aal Waaqa Eliyaasiin takkaa hin caalle
Bidiruun caccabus ce'uu hin oolu
Inni naaf dubbatus dhugaa hin haalu
Eebbi diinaa dursus Kan koo hin caalu
Situ na baase du'a qarmammeettii
Qabsoo dhiigaa qabdee golgotaatti
Siinan oole hin duune bakkeetti
Yesuus koo yaa gaaddisa koo
Baguma dhufte mana koo
Silaa yoona maal taati carraan koo

Пікірлер: 1 000

  • @martagemeda3284
    @martagemeda3284 Жыл бұрын

    yadoo koo mali jedhuu ree wari maqa kee hadhesaani kanumaa caala waqayoo abbani koo ayaana isaa sifi bayyisuu

  • @abrahamtarre
    @abrahamtarre Жыл бұрын

    Yaadeekoo ati nama guddaa waaqayyoo nuu kenneedha sijaalannaa

  • @segnimotumaofficial6304
    @segnimotumaofficial6304 Жыл бұрын

    Silas ati Faarsaadhumaaf Uumamte faarfadhu. Ayyaana sirra jiru hamma ati naaf hubattuu olan kabaja Yaadooko

  • @PaulosKejela-cr6uf
    @PaulosKejela-cr6uf Жыл бұрын

    Yadoko dhugaa Ayyaani #DIBATA faarfanna ❤sirra jiru dhageeffatame, faarfatame in quufamu TALIILA itti fufee mirgisu Nuuf haa tau EEBBIFAMIII❤❤❤❤❤❤❤

  • @PaulosKejela-cr6uf

    @PaulosKejela-cr6uf

    Жыл бұрын

    ❤❤❤100%❤❤❤❤

  • @sinte3607
    @sinte3607 Жыл бұрын

    wow amazing song!!! yadesa waqayyoo si haa ebbisu galaatomii , ayyaanaa isa sif haa bayisu

  • @user-fn5el2pp9x
    @user-fn5el2pp9x8 ай бұрын

    የብርሃናት አባት ለዘላለም ይባረክ። በፀጋ ላይ ፀጋ ያብዛላችሁ።

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 Жыл бұрын

    Ameeeeeeeen ameeeeeen waqaayoo sa ebisuu yadoo dhugaa atii ebaa keenyaa waqaayoo nuf sii nu latee🎉❤😢

  • @tarekoambo9327
    @tarekoambo9327 Жыл бұрын

    eebbifami nama waaqayyoo ittiin eebbifameera

  • @abebeye1818
    @abebeye1818 Жыл бұрын

    "Danuu lolamtus takkaa hin mo'amtu sanyiin Yesuusi"... "yesuuskoo yagaaddisakoo Bagumaa dhuftee manakoo silaa yoona maal taati carraankoo" .... uuuuufffff... stay blessed bro.

  • @bikochannel7736
    @bikochannel7736 Жыл бұрын

    #lyrics_DibataIjaaBaasu #shakaayinaa Wangeelli mana koo gallanii aduunkoo dhitee in baritee Millikee yesuus golakoo gallanii naqati du’a narra adda bate Otuu harkike na dibu argeera giimii abidda arraba kotti buuse Ifni guddan tokko manakoo ol galeera dukkana limixii mana kooti gadi baase Onaakoo irratti mul’atte waan gogaa naaf soochoftee dukkaanakoo bari’ee { *2} Dunnii mataatti ol na baatee yaddoon natti xaxamee sin argee narra ka’e Erga gaafa ati maqaakoo harkaa keetiin katabdee galmee jiraatoo irratti Jireenyakoo dabaleemii ulfinaakoo dabalee Sichi ol malee gad mitii kankoo ol malee gad mitii Safuu yaa ayyaanakee safuu yaa dibatakee safuu yaa ulfinakee Kan ati ol-qabdee eenyuutu gadi qaba Harka keetu irraa deebisa daba Eseeqiin siixinaas yoo itti cufaanii Rehobootiin garuu takka hin danda’anii Gubaa madaako sii qoricha itti naa cuunfee Loltuu dhugaako nyattu situ narra oofee Ulfaadhu abbaako sidha nagaankoo Ulfaadhu abdiinkoo sidha nagaankoo {*2} Danuu lolamtus takka hin moo’amtu sanyiin warra yesuusii Dunnii labsaamef lafaarra hin baddu qomoon mardookiyoosii Balballii si’ol takka hin dandeessu laphee yesuusiin baatu Tilmaama dinaa biraa ol darbeera sanyiin heelen nan nyattu Sitoo na dura deema cabsee sibilaa diimaa nan deema Na dibdeem DIBATA IJAA BAASU Dinaakotti abboomtee laphee naasu Gandashii galeera ergaan naasu Simboof gaddiduushii irraa kaafte Hadheeffamuu kiyyas ofii batte Nanimmoo ulfinaan lafaa kaafte Yesuuskoo yaa gaddisakoo baguuma dhuftee manakoo Silaa yoona maal taate carraankoo Kan ati ol-qabdee eenyuutu gadi qaba Harka keetu irraa deebisa daba Eseeqiin siixinaas yoo itti cufaanii Rehobootiin garuu takka hin danda’anii Gubaa madaako sii qoricha itti naa cuunfee Loltuu dhugaako nyattu situ narra oofee Ulfaadhu abbaako sidha nagaankoo Ulfaadhu abdiinkoo sidha nagaankoo {*2} Mannii dawwiiti guddacha deeme kaleessarra jabaacha Kan sa’ool dinni nama dibaata ni deeme gad xinnaacha Ati garaa nama jaallannanii karaa situ mijeessa Dirre ulfinaa ati naaf ilaalte eenyuu na dhawwochisa Sitoo na dura deema cabsee sibilaa diimaa nan deema Bidiruun caccabuus cee’u hin ollee Inni naaf dubbatu dhugaa hin hallee Ba’aal waaqa Eliyaasiin takka hin callee {*2} Situ na baseem du’a qarmammetti qabsoo dhigaa qabde golgootatti Sinaan olee hin duune bakkeetti {*2} Yesuuskoo yaa gaddisakoo baguuma dhuftee manakoo Silaa yoona maal taate carraankoo Yesuuskoo yaa gaddisakoo baguuma ati dhuftee manakoo Silaa yoona maal taate carraankoo!. #BLESS_U_YADASA_Shakaayinaa

  • @samsonteklewold363
    @samsonteklewold3634 ай бұрын

    My dear brother this song is my life I'm listening 24 hour I love you so much that's of Christ god bless you with everything with Grapes of God financial bless you again and again

  • @shaltoonaser3220
    @shaltoonaser3220 Жыл бұрын

    Ebbiifamii nama dibataa yadoo jallaatama keenyaa❤❤ , gubbaa maddaa koo suutuu qorchaa ittii naa cuunfee ,,,,Ullffaadhuu yesuus maasii jirraata Ameeeeeeeeeeeeeeeee🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @zariietdesalin3778
    @zariietdesalin3778 Жыл бұрын

    Amazing song 💯❤️👌👍💕💕💖💖💜💜💜🙏God bless you yado

  • @smarttube547
    @smarttube547 Жыл бұрын

    Akkasitti jajata ilmoon oolmaa abbaa isaatii beeku!! yaadoo I have no word to express the way you always used to admire this God whith his glorious!! #God_bless_you_keep_shinining!!

  • @sarrashalin7541

    @sarrashalin7541

    Жыл бұрын

    God goods❤❤❤❤

  • @HAWWIIKennaa-bd3en
    @HAWWIIKennaa-bd3en Жыл бұрын

    Waaqayyoo baraa kee hundumaa siin haa hojaatu ebbaaf tahii ebifamii farfannaa ajaa'ibatii dhugaa❤❤❤❤❤

  • @Sarontube
    @Sarontube Жыл бұрын

    Waaqayyoo baaraf jireenyaa kee dachaa haa ebbisuu ebbifamii jabaa nama ❤❤❤faarsaa humnaa guddaa qabuudha atin farfadhuu dhugaa abbaa dilbii jechootaa wow ❤❤

  • @tfggtfgf6140
    @tfggtfgf6140 Жыл бұрын

    Ameeeni Ameeenii Ebifamiii namaa waqayoo Ayanasaa isinifii hadabaluu dachaaa dachaa💗🧡📖

  • @negasahirko6089
    @negasahirko6089 Жыл бұрын

    Wel come bro... wow what a song!

  • @hiwotgetachew6509

    @hiwotgetachew6509

    5 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @hiwotgetachew6509

    @hiwotgetachew6509

    5 ай бұрын

    Aii

  • @yadesashiriofficial1379
    @yadesashiriofficial1379 Жыл бұрын

    Hundi keessanuu galatoomaa!

  • @tegesttegest330
    @tegesttegest330 Жыл бұрын

    Yaddoo koo waqayoo siha ebbisu ebifamii dacha dachadhani ayyanna kana waqayoo amasi itii siifi haa dabalu nuu jiradha waqaayyoo inni sii nufi kaasse motuu haa galatomu ❤❤❤❤💯

  • @Ermias13
    @Ermias13 Жыл бұрын

    Amazing Heart teaching Gospel song. Thank you brother Yado❤ This is Ermias Abebe. God belss You.

  • @mnbmnb3039

    @mnbmnb3039

    Жыл бұрын

    Ermi❤❤ God bless you ❤❤❤

  • @habteguteta9271
    @habteguteta9271 Жыл бұрын

    Wow so Amazing Yaadoo be blessed 🥰🥰🥰 Farfaanna baay’ee jireenya nama Eebbisudha. Waaqayyo ammallee dachaa dachaan si haa Eebbisu Yaadoo🥰🥰🥰

  • @koketTomas
    @koketTomas Жыл бұрын

    Ishoo baga gooftaan si gargaare yaadi. Faaruu ajaa'ibati .Eebbifami😮😮😊😊

  • @rayadabagalataofficial3524
    @rayadabagalataofficial3524 Жыл бұрын

    faarsaa ajaa'ibaa@ baga waaqayyo si gargaare Yaadoo nama jaalatamaa

  • @GalooGulee-zn8mn
    @GalooGulee-zn8mn Жыл бұрын

    Wow ameen!!! Sitoo na dura deema Ameen ameen. God blessed You🎉🎉

  • @yomifkumsisabededa3469
    @yomifkumsisabededa3469 Жыл бұрын

    video quality 100% rhythm 100% lyrics 100% sound 100% melody 100% message 100% spiritual gift you have from God 100% may God bless you again and again!

  • @meskeremmerkibe-ni1ok

    @meskeremmerkibe-ni1ok

    9 ай бұрын

    Amen

  • @lalisad30
    @lalisad30 Жыл бұрын

    Eebbifami yaadoo kunoo akkasi yoo faarfatanii garaa nama ciibsa♥️♥️♥️♥️

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p Жыл бұрын

    Ameeeeeeeenn ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚

  • @samimtube1587
    @samimtube1587 Жыл бұрын

    may God bless you with all of his blessings yado

  • @alemituterefa5113
    @alemituterefa5113 Жыл бұрын

    Welcome to back Yado Waaqayyo Siya ebbisu ayyaani gooftaa siif haa baay atu dabalee dabalee ❤❤❤

  • @fetecom4770
    @fetecom4770 Жыл бұрын

    Barii fi jirenyii kee yaa ebbifamuu nama burqaan farfanna kessaa ya'eee Hin dhumnee Nama kakuu god bless you

  • @waqayyoolchadhaan9209
    @waqayyoolchadhaan9209 Жыл бұрын

    Wawwwuuuu Wawwwuuuu Amazing waqayyoo si haa eebbisu ebbifamii Ayyani isaa siif haa Bayyatuu

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa Жыл бұрын

    Wwwwwwooowww baaga nagan dhuftee Obblskeenyaa ebifamii yaado!!!!❤❤❤ Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen 🙌 🤲 🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽

  • @singeradugnatolera2915
    @singeradugnatolera2915 Жыл бұрын

    Yadokoo you are blessed my bro ❤❤❤

  • @Eliyaas726
    @Eliyaas7267 ай бұрын

    Ufffffffey!!! Yaadoo, waaqayyo akkama Daawwit kees walqixaa siif haagodhu. Garuu akka inni saa'oliin hari'ame, siin haajibbu. Hin Turin! sagaleekee mararoo sanaan dafii koottuu!

  • @Ayanto-xn2iy
    @Ayanto-xn2iy Жыл бұрын

    Bagaa waaqayyoon koo sii gargaare

  • @kitessagutu3603
    @kitessagutu3603 Жыл бұрын

    fetched from holly book...graceful song Yado!,,,,keep on,......

  • @bedanebulitube9665
    @bedanebulitube9665 Жыл бұрын

    Maanni faaruun dhaggeeffatamee hin quufamne😮 Wwooww Gooftaan dachaa siya eebbisuu ❤❤❤❤

  • @kumebekele8516

    @kumebekele8516

    Жыл бұрын

    Baayee ❤❤

  • @George7kiya.
    @George7kiya. Жыл бұрын

    yaadoo 1ffaadhaam ati yeroo mara Eebbifamaako❤❤❤❤

  • @Grandas7358
    @Grandas7358 Жыл бұрын

    Asi D.Dolloo irraa dhaggeefachaa jirra, mucaa Dambii Eebifam.

  • @jonastadesse3515
    @jonastadesse3515 Жыл бұрын

    What a great song! Laphee namaa yaaddoodhaan baqe qabbaneessaam Yaaddookoo eebbifamikaa!

  • @Nuf-lotet
    @Nuf-lotet Жыл бұрын

    As expected yado! You did amazing job! Galatasaa gooftaan ha fudhatu

  • @edosaabdeta5235
    @edosaabdeta5235 Жыл бұрын

    Yaadoo jabaadhu Goftaan ayyana sif kenne kana dachaan sif ha baay'isu .realy I like all your song!!🙏🙏🙏🙏

  • @sabboontuuoromoo182
    @sabboontuuoromoo182 Жыл бұрын

    Woow yaadookoo eebbifami Baay’ee bareeda faarfaannaan ayyaanni waaqayyoo ammayyuu siif haa baay'atu!.

  • @TarikuBulcha
    @TarikuBulcha Жыл бұрын

    STAY BLESSED YAADOO. HIN QUUFAMU DHAGGEEFFATAMEE

  • @ElshadaayiikOYESUUS
    @ElshadaayiikOYESUUS Жыл бұрын

    Ameeeeeen eebbifami yaddoo mucaa Yesuus keenya 🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @No_JESUS_No_Life.
    @No_JESUS_No_Life. Жыл бұрын

    Yaadooko eebbifami! Ammayyuu ayyaanichi siif haa baay'atu! Akkan si jaaladhu namaakoo!

  • @galaagalgalaatube7567
    @galaagalgalaatube7567 Жыл бұрын

    Eebbifami mataa dhiiraa! Akkatti ibsan nama dhabsiisa❤

  • @ayeetuushow
    @ayeetuushow Жыл бұрын

    Ameen ameen ebifaamii waqaayoo si Haa ebisuu yesus koo yaa gadisaa koo 🙏

  • @sammyalpha1162
    @sammyalpha1162 Жыл бұрын

    My favorite doing what he does best❤ love u yadoo nuuf jiradhi

  • @annanimer-xc6gh
    @annanimer-xc6gh Жыл бұрын

    Baga kan iyesus tanee hallelujah hallelujah 💯🔥🔥🙏😍😘😘 ebbifamii hadhoo koo 😍 qaxalee mucaa kakuu jabadhuu 😢😢😢😭🙌🔥🙏 hallelujah hallelujah

  • @annanimer-xc6gh

    @annanimer-xc6gh

    Жыл бұрын

    👍

  • @birkefikedu6197
    @birkefikedu6197 Жыл бұрын

    Yesuuskoo yaa gadiisakoo bagumaa seentee manaako silaa yoona maal tatii caraako 😢😢

  • @genetiyob7893
    @genetiyob7893 Жыл бұрын

    Ameen 🥰🥰🥰🥰🙏🙏❤❤🔥🔥🔥🔥Eebifamiiii Yaado koo

  • @finfinetimes
    @finfinetimes Жыл бұрын

    DIBATA IJAA BAASU! Ayyaanni isaa siif haa dabalamu Yaadoo!🙏🥰

  • @lalichala405

    @lalichala405

    Жыл бұрын

    Ebbifami ❤❤

  • @TsigeLema-np2kh

    @TsigeLema-np2kh

    5 ай бұрын

    ​@@lalichala405😅😢😢😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮 6:13 6:14 6:17 6:20 😢😅😢😮😢😢😢😢😢😢😅😅😊😊😅😅😅😊😊😊😅😊😊😅😊😅😊😅😅😊😊😊😊😊😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😢😅😅😅😅😅😅😊😅😊😅😅😅😅😅😊😅😊😊😅😅😊😊😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Жыл бұрын

    Uuuuuufffeeeekaa waaqayyoo saa eebbisu èebbifamaa nama waaqayyoo ❤🙏

  • @fedasatasisa6669
    @fedasatasisa6669 Жыл бұрын

    Yaadookoo baga gargaramtee ayyaanni waaqayyoo inni siin dhabe haa eebbifamu

  • @magartuuwaddajoobadhishuu565
    @magartuuwaddajoobadhishuu565 Жыл бұрын

    Amene Amene Amene Amene Amene Amene Eebbifama Eebbifama ililililililililililililil haleluyaaaaaaaa ❤️📖❤️🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

  • @BelayFikadu-us6ee

    @BelayFikadu-us6ee

    Жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeeen

  • @tesfayeabebe781
    @tesfayeabebe781 Жыл бұрын

    Ameen Ameen eebbifami Yaaddoo nama jallatama jireenya nama boqochisa faarsan kee maaloo!!!

  • @tamirattezeraofficial9273
    @tamirattezeraofficial9273 Жыл бұрын

    waan ajaa'ibaati. i love it. 💟💟

  • @moetmooti3430
    @moetmooti3430 Жыл бұрын

    Baga gargaaramte yado farfannaa humna qabu waqayyon ayyana siif haa dabalu ammas wow amazing song

  • @hanamelkamu8443
    @hanamelkamu8443 Жыл бұрын

    Maaloo akkam namatti tola!!😢❤❤ The melody and lyrics 🔥🔥🔥

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Жыл бұрын

    Ammmmmeeen AmmmmmmeenAmmmeen Ammeen Ammeen ebbifamaa dachaa dachaan ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏

  • @IbsaYadeta-v9r
    @IbsaYadeta-v9r10 күн бұрын

    Ebbifami yado sagalee maqaa yesu olol qabuukeef

  • @hadhaako
    @hadhaako Жыл бұрын

    Jaalatamaa nama ebbifamii ❤️🥰

  • @rajisan-mt5rf
    @rajisan-mt5rf7 ай бұрын

    ምን ልበል በቃ አቃተኝ ሰምቼ ማልቀስ ሆነ ጌታ ሆይ ይሄ በመንፈስ የተዘመረ መዝሙር ተባረክ ወንድሜ ያንተን መዝሙሮች ሰምቼ መጥገብ አቃተኝ ተባረክ ለምልም

  • @oliinuufqixxeessaatube
    @oliinuufqixxeessaatube Жыл бұрын

    Wow ajab! Eebbifami Yaadoo💝

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 Жыл бұрын

    Anaa Dhufu Yaadoo kooBaayyee ajaayibaa. Eebbifamii

  • @fufadiriba
    @fufadiriba Жыл бұрын

    Eebbiifami Yaadoo !!! Ragada itti baay'iftani kan jedhanii qeeqanis jiruu.... garuu anaan baay'ee natti toleera kana caala ragadaa dabalaati💚💚💚💚💚

  • @megarsaolika7897
    @megarsaolika7897 Жыл бұрын

    Stay blessed ❤

  • @jebesadesalegn3064
    @jebesadesalegn3064 Жыл бұрын

    Yadoo!!! what kind of Holly Ghost you have!!! Amazing!!! Stay blessed yadoyekoo!!

  • @ebisewalga5163
    @ebisewalga5163 Жыл бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisuu❤.

  • @AYANTUWUBAYEHU
    @AYANTUWUBAYEHU Жыл бұрын

    waaqayyoo baayyeeeee si haa eebbisu yaado, faarffanna aji'ibati nama eebbisa. Thanks Dear

  • @dinkisahirpaurga3889
    @dinkisahirpaurga3889 Жыл бұрын

    I haven't word to express this song 🧑‍🎤 Be blassed yado❤👌

  • @derartuetefa585
    @derartuetefa585 Жыл бұрын

    Word can not explain how holy spirit is touched us through this song stay blessed Yado

  • @artanasaliyyii

    @artanasaliyyii

    Жыл бұрын

    Maatii naafiis ta ii waan ofii

  • @adugnafenet16

    @adugnafenet16

    Жыл бұрын

    Exactly 💯

  • @qubeetube9059

    @qubeetube9059

    Жыл бұрын

    😳😳

  • @abdetaterfaofficial6166

    @abdetaterfaofficial6166

    Жыл бұрын

    eebbifami bareedduu

  • @dawitmtaal4306

    @dawitmtaal4306

    9 ай бұрын

    Good spech

  • @kiyakabada7173
    @kiyakabada7173 Жыл бұрын

    Wawwwuu bayye namati tola waqayyo ayyanasa siif haa bayyisu

  • @rahelasafa3967
    @rahelasafa3967 Жыл бұрын

    Woow yado eebbifami ammallee ati dhuguma eebbaa keenya!

  • @Fenetofficialtimeline
    @Fenetofficialtimeline Жыл бұрын

    What an amazing video 😮Bonny Wakjira God bless you ❤ bless you too Yadoo

  • @Sgrgs202
    @Sgrgs202 Жыл бұрын

    This is amazing god bless you ❤❤❤

  • @elatube6015
    @elatube6015 Жыл бұрын

    sito na dura deema cabsee sibiila diima olan deema❤❤❤❤❤😍😍😍😍

  • @yohanniskali6113
    @yohanniskali6113 Жыл бұрын

    Eebbifami Yaado burqaan kun barabaraan sirraa hinqoorin

  • @ThyKingdomCome7
    @ThyKingdomCome7 Жыл бұрын

    Praise God! Nuti haala mijatuu fi hin mijanne keessatti Kirirstoos Yesuusiin nii beeksifna.

  • @MsNagii
    @MsNagii Жыл бұрын

    God bless you yado! I thank God for your Great passion and talent.

  • @giddatube2221
    @giddatube2221 Жыл бұрын

    Eebbifami Yaadoo. Faarfannaa garaa nama ciibsu

  • @user-tp8xx2ck1x
    @user-tp8xx2ck1x Жыл бұрын

    wow thanks lord for these affan oromo singer

  • @meseretsarah6044
    @meseretsarah6044 Жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ebbifamaa ❤❤❤❤

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 Жыл бұрын

    Wawoo Amazing yadoo ❤❤ You are so god bless everyone i love your song 🎵 Glory to glory 🙏 Thanku my lord

  • @artanasaliyyii

    @artanasaliyyii

    Жыл бұрын

    Maatii naafiis ta ii waan ofii

  • @JamilCell-gz5zx

    @JamilCell-gz5zx

    Жыл бұрын

    Wow yado God bless you and your family ❤❤❤ Eebbifamii nama waaqayyoo

  • @TadaloMindy
    @TadaloMindy6 ай бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤

  • @TadaloMindy

    @TadaloMindy

    6 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fefc2f179
    @fefc2f179 Жыл бұрын

    Yado nama qalbin gudda waqayyoo sii haa ebbisu farfana ke bay'een jalladha hundasa ❤❤❤❤xiqqo sochi sirressa maalo

  • @officialTsegayeBirhanu
    @officialTsegayeBirhanu Жыл бұрын

    What amazing song i am not ormiffa speaker but i imparted the spirit and grace❤❤❤

  • @artanasaliyyii

    @artanasaliyyii

    Жыл бұрын

    Maatii naafiis ta ii waan ofii

  • @user-qc8qx5cb4q

    @user-qc8qx5cb4q

    11 ай бұрын

    @@artanasaliyyii aaaa

  • @user-qc8qx5cb4q

    @user-qc8qx5cb4q

    11 ай бұрын

    11

  • @ry1406
    @ry1406 Жыл бұрын

    God bless you 🙏

  • @Yooyyaa311
    @Yooyyaa311 Жыл бұрын

    Wongelli Mana Koo Gallaan Aduun Koo Dhiite In Bariite👏👏 Eebbifimaa!!

  • @obsadebela
    @obsadebela Жыл бұрын

    Nuuf jiraadhu Yaadoo faaruu bareedaadha!

  • @meseretbeyene9836
    @meseretbeyene9836 Жыл бұрын

    God bless you more and more ❤

  • @Faaruutube
    @Faaruutube Жыл бұрын

    Wow blessed ❤❤

  • @WaliinWayyaBar
    @WaliinWayyaBar Жыл бұрын

    YESSOON GOOTA GOOTOTAATI! Eebbifami Yaadoo

  • @nugusehamo8744
    @nugusehamo8744 Жыл бұрын

    Ati nama jabaadha jaabadhu❤️❤️ yaaddoo

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 Жыл бұрын

    Wow yadoo mucaa yesusi Ammayyuu Ayaani waqayyoo sirrati haa dabaalamu si jaalana si kabajina nuu jiraadhu Ebbiffami🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏

  • @GammachuBosha

    @GammachuBosha

    Жыл бұрын

    Ebifami

  • @evaedom
    @evaedom Жыл бұрын

    My God bless you bro

  • @Yao40
    @Yao409 ай бұрын

    Faarsaa kana yeroo dhibbaa(100)ol dhaggeeffadheera

  • @danielhkaba855
    @danielhkaba855 Жыл бұрын

    Baga nagaan dhufte Yaadokooo eebbifami eebbasaan

Келесі