Warra maqaa miskiinaatiin daldalu

Пікірлер: 282

  • @muntimusa4204
    @muntimusa42043 ай бұрын

    Yaa hamzaa ati kennaa ummata keenyaati. Dhugaa rabbii ummanni kuni kadhaa baranii jiran.

  • @ahmadinabdela-vy9tb
    @ahmadinabdela-vy9tb3 ай бұрын

    I Respect you and your jobs جزاك الله خير يا أخي الله يجزيك يوم لا ينفع مال ولا بنون إلآ من أت الله بقلب سليم الله يجزيك في ميزان حسناتك

  • @bonsaoromiaheidar7787
    @bonsaoromiaheidar77873 ай бұрын

    Hamzaa dhugaa jiru hordoofte hawaasa keennan gahu keettif galatoomi. You're amazing man

  • @SeektruthForlife-og8jf
    @SeektruthForlife-og8jf3 ай бұрын

    Hamza jiraadhu obboleessa Islaamaa. Silaa judge biyya teenyaa nuuf taate dachiin khijibaa/khibdurraahis nixahaaramti ja’een yaada. Sammuu khara hunda xiinxaltuun Rabbi siif khanne, khara hundaan xamada dura hiitee kharaa ishiin baatun dhoorguu kheetif hedduu galatoomi siin janna. Ani ummaa ishiin ja’uuf na’ulfaata garuu namtittiin tun erga dhiifama gaafattee dhiifama goonef Rabbiinis khijiba khanarraa deebisee haa toowbachiisu. Qaanyiin duniyaa akkana nama salphifti tan aakhiraa khana daran taha. Khanarraa wanni barru obboleeyyan, Rabbii kheenya bakkayyutti hogguu haa sodaannu. Namni nu arguu baatus Rabbiin nu’arga. Nama khijibaa oolu tiqqoo guddoo keessatti, Rabbiin galmee kijibaa keessatti isa galmeessa akkasuma kunoo addunyarrattis qaanessa.

  • @nuredinali2668
    @nuredinali26683 ай бұрын

    Jazakumullah Kheyran Hamza and all others assistants

  • @Mameqafiraa2024
    @Mameqafiraa20243 ай бұрын

    Big the Big RISPECT for you Ustaad Hamaza jiraadhu 💪💪💪

  • @Badhasajamal2

    @Badhasajamal2

    3 ай бұрын

    Kotuu matii naf tahii qalii nama

  • @BARENTOSHOW
    @BARENTOSHOW3 ай бұрын

    Baga jiraatte hamzaa. Nama dhugaaf dhaabbatu ati jabaadhu

  • @Mansuryusu
    @Mansuryusu3 ай бұрын

    Hamza ❤❤❤ Masha Allah You are Our izharul Haqq ❤❤❤🙏🏼

  • @Badhasajamal2

    @Badhasajamal2

    3 ай бұрын

    Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa dhifamaa wajiin mattii naf tahii qalii nama Mansur Yusuf

  • @Nasimhussen

    @Nasimhussen

    3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤

  • @khadijahhamzah3926
    @khadijahhamzah39263 ай бұрын

    Dhugaa Ani Amma namni jibbuu takka jibbee hin bekuu Hamazah kan Lencaa dhugadhaf Jirataa ❤❤

  • @AhmedMohamed-zw2lx
    @AhmedMohamed-zw2lx3 ай бұрын

    U nailed it Hamza great job .I used to opposed you long before right now you have done some things good job..

  • @Shaaka04
    @Shaaka043 ай бұрын

    Mnaa murtii guracha papapa

  • @misraAbdurahimanaliyi
    @misraAbdurahimanaliyi3 ай бұрын

    Wallah wallah yaa obbolessa islaama umrii dhertu siif haa kennu ummata muslima fi oromoo keessattille siihaa jiraachisu

  • @ethiopiantestkitchens7384
    @ethiopiantestkitchens73843 ай бұрын

    Thanks, bro, hamza. I apriciated for the truth information yallah forgive her sins amin

  • @HaboonAbdi-mn4wq
    @HaboonAbdi-mn4wq2 ай бұрын

    Subhanal Yaa Rabbi nuqanyesin Adunyrati Masha Alhaa obalesa kenya Hamza jabadhu Rabbin sira hajalanu

  • @user-lr5pe6ky4u
    @user-lr5pe6ky4u3 ай бұрын

    Hamzaa kiyya bro dhugaaf dhaabbate you means it is the best man thank you

  • @user-lg8mo5ol3c
    @user-lg8mo5ol3c3 ай бұрын

    Suban Allah rabin namaa salpisin 😢😢😢😢😢😢

  • @Alii0999show
    @Alii0999show3 ай бұрын

    As wr wb eega rabbiiti abbaa biyyati ati jabaadhu dhugaa jirtus baasi siin hordofaa jira jabaadhu

  • @user-xq1gt5ny1d
    @user-xq1gt5ny1d3 ай бұрын

    Hamza Kiya Jabadhuu Mana Murtii Guracha Sumasirinufgalchaa Rabumun Sijala Nama Habasuu

  • @xelileysatube4405
    @xelileysatube44053 ай бұрын

    Wooow❤❤❤❤ galatoomaa warrii waan akkanaa saaxiltan hamzaa keenya jabaadhu Big respect for you

  • @jaafarabdii1748

    @jaafarabdii1748

    3 ай бұрын

    Masha allaah

  • @najatali6785
    @najatali67853 ай бұрын

    subhan Allah

  • @oromoooromiya
    @oromoooromiya3 ай бұрын

    I really appreciate you and your job ❤❤❤❤❤❤ thank you so much our hero

  • @siifankoo4217
    @siifankoo42173 ай бұрын

    Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah hamazaa kenyaa galatoomii dhugaa jirtu gadii baasiisi

  • @hangehoney9701
    @hangehoney97013 ай бұрын

    Long life Hamza u are man of Truth....we are with you.

  • @goodtogoodto3858
    @goodtogoodto38583 ай бұрын

    Subhan Allah hiiyeesa rabbii arguu hin dhabnee wan hiiyeesii yaadduutu wan garaa hin qabnee galatoomii dhuga rabbii hazma

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial45633 ай бұрын

    Jabadhuu hamza waan wan haqa male hin hojjatu duranu akkanati haqa miskina guranii nyachu jirani duranuu

  • @ethiopiantestkitchens7384
    @ethiopiantestkitchens73843 ай бұрын

    Mashaallah beautiful house subhannallah

  • @trrfdg8781
    @trrfdg87813 ай бұрын

    Subhaanallah yaa rabbi imaana nuuf keenni

  • @IjolleeOromo5
    @IjolleeOromo53 ай бұрын

    As wr wb jabaadhu .dhugaabasuf dubatti jedhin .ati abbaa murti waliigalatahuu malte .

  • @user-be6kc9kx8q
    @user-be6kc9kx8q3 ай бұрын

    Yaa hamzaa sheik jabir long life to you umrii dheera jiradhu abboo ati dhugaa kana basuu keetiif

  • @rahmaabdulah2326
    @rahmaabdulah23263 ай бұрын

    Alham dulilaha hin jatuu namii mana jirenyaa qabuu

  • @DursaIbrahim-kc5mm
    @DursaIbrahim-kc5mm3 ай бұрын

    Subhanallah

  • @FiraolAbdii-bq5sg
    @FiraolAbdii-bq5sg3 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @saalahAhmad
    @saalahAhmad3 ай бұрын

    Jazakallah

  • @Badhasajamal2

    @Badhasajamal2

    3 ай бұрын

    Kotuu matii naf tahii qalii

  • @qaxalee
    @qaxalee3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @turinamahadi7646
    @turinamahadi76463 ай бұрын

    Subhanaa Allaah rabbiin namaan salphisiin

  • @Asadejemaluser-oc9oc8yf1u
    @Asadejemaluser-oc9oc8yf1u3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @oromiyatubu5846
    @oromiyatubu58463 ай бұрын

    Hamaza jazakala wahi wari itopiya akanumati hatudha

  • @Marrushow
    @Marrushow3 ай бұрын

    Masha Habibii kiyya wly ati goota gooni kan dirree Qawwee dhawwe qofa mitii Hamza is hero🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆

  • @HamzaSheikhJabir

    @HamzaSheikhJabir

    3 ай бұрын

    Galatoomi habiibii khiyya qaalii 🫡

  • @user-px1lf4nh3q

    @user-px1lf4nh3q

    3 ай бұрын

    Walhii 😢😢😢😢namaa ajaibaa Namaa rifachisaa auzubilh ​@@HamzaSheikhJabir

  • @user-jj6mq3su1k
    @user-jj6mq3su1k3 ай бұрын

    Masha Allah hamza ❤❤ jzk walyi 😢♥️

  • @xhhff901
    @xhhff9013 ай бұрын

    Subahaan allah hamzaa hedduu galatoomi

  • @ethiopiantestkitchens7384
    @ethiopiantestkitchens73843 ай бұрын

    Mashaallah bro hamza you are brave continue on this kind of project . I am glad to hear the truth about this lie family subhannallah .I was looking for her information to support this family. Thanks. Alot

  • @imaadekedimkelif2264
    @imaadekedimkelif22643 ай бұрын

    Hamza kiyya thanks 💯

  • @MURAAD-IBRAAHIM-MOHAMMAD
    @MURAAD-IBRAAHIM-MOHAMMAD3 ай бұрын

    Maashaa allaah Hamzaa keenya

  • @ethiopiantestkitchens7384
    @ethiopiantestkitchens73843 ай бұрын

    Subhannallah

  • @adiilkamiil
    @adiilkamiil3 ай бұрын

    Anii kannin dinqisifadhuu kennaa rabbiin guddaan sif kanne kanaa atii namaa haqatii hamzaa akkanumatii waraa biratillee saxiil basii

  • @user-bs1tp7oq3l
    @user-bs1tp7oq3l3 ай бұрын

    Mashalhaa

  • @wazirmidhekso3771
    @wazirmidhekso37713 ай бұрын

    Ajab dubbi rabbi akana tanaan akamitti nama amanna

  • @RumanaKedir
    @RumanaKedir3 ай бұрын

    Wlh wagaa kumaa jiradhuu ustaza hamaza kenyaa

  • @falamatamohammed5443
    @falamatamohammed54433 ай бұрын

    Wlh Masha allah heddu sira gamade hamza shek jabir Wlh Dire dhawa keysa warii rakta gargaru hin jiru yoo gargarin wali qixxa adan fudhatan wlh baga nuf qabde heddu dalga barda dalga jirta boss jabadhu

  • @user-bs1tp7oq3l
    @user-bs1tp7oq3l3 ай бұрын

    Jabdhu.hamzaa.haqabastaa.ati..jabadhu.atii

  • @Jaalallee_entertainment
    @Jaalallee_entertainment3 ай бұрын

    Hamzaa jabaadhu.

  • @Muazabdulfatah
    @Muazabdulfatah3 ай бұрын

    أسلم عليكم ورحمة الله وبركأته yaaboo Hamzaa Wlh Rabbiin Hujilee gagaarii tee sirraa jalatee siis haajalatu Mashaalah Garuu Wlh Odoo Vedio tana Hadha teenya tanarraa hayxee Hedduu tola Sababniniis Kan balleyse Harka kannetuu jira Jallaa keenya rabbi nuhaaqaceelchu Aliifii Ollaa isitiifi ilmaan isiitif jatte plc

  • @hawwiijamal666
    @hawwiijamal6663 ай бұрын

    Atii dhugama dhiraa wolhii 😊

  • @genetkuwait3894
    @genetkuwait38943 ай бұрын

    Waan hin tanee waan hojettuf fayya si dorkatee rabbii maalif sobdaa ati yaa haarme😢

  • @Muaz970
    @Muaz9703 ай бұрын

    Subahana Allah Edaan Namni Fulla Nama dhabatte Kadhattu jalatu Nii jirra Hamza kiyya Habib Baga Nuff jirate Umrii dherttu Rabbi Sif haa kennu Walihii Baga kenyaa Tatate Sin boona bor kiyya

  • @user-re2mi4ox8v
    @user-re2mi4ox8v3 ай бұрын

    Wallahii Ajaayibumaa 😢😢😢😢😢😢 yaa ilmaan namaa

  • @leencobesst
    @leencobesst3 ай бұрын

    ❤❤🤲🤲☝️💕💕💕

  • @efrahahmed4650
    @efrahahmed46503 ай бұрын

    Abba dhugaa 👍👍👍amalee itii nuu fufii hangaa dhumaa nun gahii

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail57083 ай бұрын

    Akka waan Ana taatettin Qaanfadhe Subahaan allah

  • @AbdulazizAdam-sf7gb
    @AbdulazizAdam-sf7gb3 ай бұрын

    Yaa hamza ati kennaa ummatatti❤❤❤

  • @user-km3zz5vp6i
    @user-km3zz5vp6i3 ай бұрын

    Subana alah rabbi nama hin salphisin 😢😢😢😢

  • @zahirahasen4057
    @zahirahasen40573 ай бұрын

    Allahu akbar jirdhu wly hamzaaa 🤴

  • @ethiopiantestkitchens7384
    @ethiopiantestkitchens73843 ай бұрын

    May Allah bless your family

  • @sowsan676
    @sowsan6763 ай бұрын

    Laa hawla walaaa quwwata illa billah namni ta ufii dabarse rakkataa gargaaraa akkamitti nama akkana itti.tapahatan subhaan allaah maal amanne nama gargaarrra

  • @RoomaRm-ue2tj
    @RoomaRm-ue2tj3 ай бұрын

    As wr wb mashaa allah wan gariidhaa jabadhaa itti fufaa anuu duraa wajjin boyer

  • @user-kt7px1xr4b
    @user-kt7px1xr4b3 ай бұрын

    Wasakaa Namaa ❤❤❤❤❤

  • @user-bi8gr8tl4k
    @user-bi8gr8tl4k3 ай бұрын

    Ustazii kenyaa abaa haqaa nuf jiradhuu

  • @MekiaAbdo-yx1tu
    @MekiaAbdo-yx1tu3 ай бұрын

    Rabii jechaa sii jalana nufii galatomii umurii nufii dheradhuu jaba jabaa oromo

  • @anattandarani5238
    @anattandarani52383 ай бұрын

    Salpina haqana oli hin hafne wlh but anee wan gari godhe nama rakate bira dhabatu 🙏🙏 nama gudara ni fokota ayooo

  • @sumeyramohammed4697
    @sumeyramohammed46973 ай бұрын

    Aswrwb dhiifama waan takka taniin himuu fadhu isiin baatitti ka arkattu 1400 ,wallansattin jira jatte,nyaanni isaanii batitti yoo xiqqaate kiloo 25kg ruza ,kudra 2300,qoran yoo lafaa guratan ni mala so 1400 maal namaaf gooti jaetin yaada an dhugaadha ballessuu ni malan ammoo Ethiopia kessatti haala jiruun samii seente tanaan wlh humaa ka godhuuf natti hinfakkatu an

  • @mulataTube10
    @mulataTube103 ай бұрын

    Hamza umrii siihakaanu jabaadhu bro kiya

  • @nuratubers
    @nuratubers3 ай бұрын

    Gafa si xiqqeessuu fedhee akka kana. Abban karaktaraa kana dhugaa hattudha

  • @ifjvhcjfkgjf5118
    @ifjvhcjfkgjf51183 ай бұрын

    سبحان الله 😢😢

  • @nuraarsiiboqojjii3693
    @nuraarsiiboqojjii36933 ай бұрын

    Subahanallah😢❤❤

  • @husniyaadam2549
    @husniyaadam25493 ай бұрын

    Mara murtii gurachaa jiradhuu Hamzaa kebyaa❤❤❤❤

  • @sforsamira
    @sforsamira3 ай бұрын

    Wowo my king 🤴 hamza 💪💪

  • @aanaamohamed3067
    @aanaamohamed30673 ай бұрын

    Maali sagaalen hin dhagayamtu

  • @JaaburCali
    @JaaburCali3 ай бұрын

    Galatoma.jiradha.ani.boye.ture.duhayi.godhefi.salata.subii❤❤❤

  • @ashahassie60
    @ashahassie603 ай бұрын

    Hamza shek jabir walahi heddu galatomi yaa haqa baasa ulfadhu nufurte

  • @Raba33302
    @Raba333023 ай бұрын

    Suban Allah 😢😢😢

  • @zafekoo1068
    @zafekoo10683 ай бұрын

    Aswrwb,mashaa allah Hamzaa waan gaarii goote,video san arginee akka malee rifannee group meeqa meeqatti share godha,ture,Amma dubbii addaan baafte jirata jzkl,Haasa kana irraa akkan hubadheetti warrii kun ammas rakkooma keessaa akka jiranii fi gargaarsi akka isaan barbaachisu yoo ta’u,Gama biraattin ammoo Mucaan waraabe sunilee hamtuuf akka hin goone fi akkuma nama kamitii akkuma qarqaaramtuuf waan poste fakkata,kanaafu hundaa haaluma gaarii fi rabii jaalatun osoo laalame gaariidha .

  • @shukriziyad2074
    @shukriziyad20743 ай бұрын

    Duraan nama akka hamzaa jibbu hin qabuu ammaa garuu naman akka kee jaalaadhuu hin jiruu❤❤❤

  • @RahimaaManzaa-yl6my
    @RahimaaManzaa-yl6my3 ай бұрын

    Subaahaan allah

  • @falamatamohammed5443
    @falamatamohammed54433 ай бұрын

    HAMZA dhira dhira baga qabde garu debisa gafii tan sira dhise Garuu dubbi tan jala hin hafin Heddu ulftaa ? Aman dura arkee hin beku ja sanu shem on you bro jain wlh heddu qanfadhe hamza shek jabir jabadhu obbo

  • @user-mz2ir9dy1e
    @user-mz2ir9dy1e3 ай бұрын

    Hamza kenya qaali jabaadhu jzk keyran❤❤❤

  • @OroQueen
    @OroQueen3 ай бұрын

    Subhaanallaah wallahi

  • @HayathKwd1234
    @HayathKwd12343 ай бұрын

    Amza dhuga rabbii uman kenyas indogongorte sobu garu rakinmo dhuga tau danda kanafu akasin gargaramtu godhafi 😢😢jirenya biya kenya inbekta nama nagade nyachisu inqabdu mani qofti mal godhafi isin akama dema jeti manasan dhirri injiru yadifi😢😢😢 a

  • @rafimajama4279
    @rafimajama42793 ай бұрын

    Subhaanallah

  • @MriamMm-uo3eb
    @MriamMm-uo3eb3 ай бұрын

    Subhanalah yarabii kiyya

  • @chalamahammad2021
    @chalamahammad20213 ай бұрын

    Am proud for you hamza

  • @SameeraMohammed-lc5dm
    @SameeraMohammed-lc5dm3 ай бұрын

    Ya subanallh😢 xiqenya walya

  • @ALamudin718
    @ALamudin7183 ай бұрын

    Jabaadhu hamza 👏

  • @ifjvhcjfkgjf5118
    @ifjvhcjfkgjf51183 ай бұрын

    حسبنا الله ونعم الوكيل 😢😢😢😢😢

  • @umuzubeer6012
    @umuzubeer60123 ай бұрын

    Rabbin islamumaa siifhaakeenu.

  • @asmamiizaan9509
    @asmamiizaan95093 ай бұрын

    Yaro hojaatuu fi dubaatuu raga qabatama qabachuni kee namati tola akaasuuma dhuga jirtu aka hni dhosinee haka kanatu si godka sani fu ustaz kiya hedu si diqsifadha umri nufi dheradhu❤didii

  • @AbduroHarar
    @AbduroHarar3 ай бұрын

    Galatoomi habibi dhugaa ati dhiira

  • @user-qm9ce7jl8o
    @user-qm9ce7jl8o3 ай бұрын

    Subahanallaah

  • @mohammedsubiyan8568
    @mohammedsubiyan85683 ай бұрын

    Hamzaa sheik jabir dhiraa dhugatii

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e3 ай бұрын

    Subhaanallah😢😢😢

  • @Mameqafiraa2024
    @Mameqafiraa20243 ай бұрын

    Ustaad Silaa yaa abboo,,,,,,,

Келесі