Taatedhaan Ajaa'ibsiiso Aruuza Ettiiqaa Tafarii irrati mul'ate.kan Artistoonni hundi irratti hirmaat

Ойын-сауық

Пікірлер: 329

  • @kadir-wb2nw
    @kadir-wb2nw2 ай бұрын

    Ummanni shawaa kun yoo hinjiraatin oromoon tun oromoo hinfakkaattu baga itttiin sigahe ittiiqa tafarii❤️❤️❤️🌹🌹

  • @amhaborcha5689

    @amhaborcha5689

    2 ай бұрын

    Ayiiiiiiiii. Oromoon tokko. Hunduu gaa'ela ITTIIQAAtti ni gammada. Maali qoodiinsi ke kun?

  • @abiymelese2235

    @abiymelese2235

    2 ай бұрын

    Tun hin jedhamuu beeki?

  • @AbrahamBrkele

    @AbrahamBrkele

    2 ай бұрын

    Anis shawadha Jechi Akkas garuu Ol na jedhe Oromo mara jedhi

  • @Hollywoodmoviesworld24

    @Hollywoodmoviesworld24

    2 ай бұрын

    Dhuguma attii oromoo shawa yootater wan sittima anni oromo shawdha biyyi koos ambo dha yeroon achii tureetii namii Oromoo shawdha offiin jedhuu hin jiruu oromoo mallee garuu ergaan Burayuu jirach jalqabee garuu wan biran hubadhee harki calluu jiraata Burayuu walagaa assitii mana Barumsa hama waldatii nuwoduu otton kana arguu yadaa kana degaruun dhisaree

  • @kadir-wb2nw

    @kadir-wb2nw

    2 ай бұрын

    ​@@AbrahamBrkeleani garuu arusidha garuu kan akka ummata shawaa kana natti tolu hinjiru💯💋

  • @fakiafakia7020
    @fakiafakia70202 ай бұрын

    An itiiqaan wan ilmman qabuun se'a turee waly 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-fj9rx3sw7p

    @user-fj9rx3sw7p

    2 ай бұрын

    Anis akkas se'e wly

  • @teferatadesse2912

    @teferatadesse2912

    2 ай бұрын

    Dhugaa jettee bro

  • @user-yk1iv6oh7t
    @user-yk1iv6oh7t2 ай бұрын

    Congratulations 🎊 👏🏿 💐 oromoon gamachuu lamaa qabnaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro98952 ай бұрын

    Wow wow what amazing wedding I never seen in Oromo people who did like this in capacity of oromiya Finffiinne men I will like to congratulate our hero Ittiqa Tafarii ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @FekadeabAbi
    @FekadeabAbi2 ай бұрын

    Dhugaa chidhaa Itiqaa irraatii waantin annii hubaadhee yoo jiraate Tokkumaa artistotaa Oromoo fi tokkumaa ummaata Oromootii raabbii akkanumati waal nuu birraa nuu haa bulchuu dhugaa.

  • @obseobse563
    @obseobse5632 ай бұрын

    Shawaa koo baga koo taatee oromoo koo kan aadaaf duudhaa isaan boonuu🖤❤️🤍🌳🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb71502 ай бұрын

    Wow Bayyee Baradaa 👌😍 Translate to somali

  • @thenewspiritofroromia5666
    @thenewspiritofroromia56662 ай бұрын

    Congratulation 🎉🎉🎉 the best man on earth❤❤❤

  • @kalchayadete841
    @kalchayadete8412 ай бұрын

    Original OROMO culture wedding may GOd blesse your marage

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee61092 ай бұрын

    Salaalee ko Adaa Bareeda qabaan ❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍

  • @FetiyaKassim
    @FetiyaKassimАй бұрын

    Wow ! Masha Allah Ittiqaa ilmaa saba bayee gamadee horaa. Bulaa ijaa hamtuu isiini irra haa qabuu

  • @isseeyragasas7085
    @isseeyragasas70852 ай бұрын

    Shawaa hada bayee bareeduudhahaahaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ horaabulaa gai'laa milkii sinifi Yaa ta'uu gotaa salaleee

  • @fozii430
    @fozii4302 ай бұрын

    Gaaila milkii ittiqaa❤ keenya baga guyya kana geesse Abdu Koo galatoomi Si Jaalana❤

  • @masibirahanu5204
    @masibirahanu52042 ай бұрын

    Wow Dhugaa seenadhaa hojeti itiqani gota shawaa Baga milkooftanii ❤❤❤❤

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee61092 ай бұрын

    Artist Jaalatama fi Kabajamaa Ittiqaa Tafarii Bagaa Waaqayyoo cidha keen sii gahe Eebbifamaa Hora bulaa baay'adhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉🎉💞💞💞💐💐💐💐💐💐💐

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58332 ай бұрын

    Baga rabbiin jaree dhugaa Etikan dhiira dhugaafi kutaattuudha ❤❤

  • @rozaragasa9518
    @rozaragasa95182 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤salaalee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤baga gessee itqaa kenyaa mucaa biyyaa koo

  • @yegebriellij1832
    @yegebriellij18322 ай бұрын

    bagaa gamadanaa ga'elaa.milkii sinifhaa ta'uu horaa bulaa❤❤❤❤❤❤

  • @Miski-rv4yl
    @Miski-rv4yl2 ай бұрын

    Ija irraa hafaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e2 ай бұрын

    Itiqaa Bagaa gaammadee baay,ee bareeda aadaaf ufaanani ufiitiin boossdhaa namaa gammachiisa gaa,iila milkiii 👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹

  • @Anuun269
    @Anuun2692 ай бұрын

    Dhugaa dubbachuf taaten kun ituu biyyaatin harka worraa soddaa ykn akkuma durii san wayyaane harka taate akkanatti waan hundi hintoluf ture

  • @user-xc1jz5jb4u

    @user-xc1jz5jb4u

    2 ай бұрын

    Dhug

  • @barekatyoutube5196
    @barekatyoutube51962 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤መልካም ገቢቻ። ትትቃ የሰረና የአብርም ይሁን ትደረን እግዚአብሔር ይበረክሊኪ💞🙏

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome2 ай бұрын

    Gootaa ittiqa taafarii ati baaqelaa afaalamte daafa keessaa baate dhugaa waaqqaayyo baga sii jiraachise Kan sii gahe cidhaa baareda wwwwwwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mimiboki8864
    @mimiboki88642 ай бұрын

    wow iproud oromo cltural wedding ... amazin..itiqa aman bodaa sirbaa qabso dhisito sirba jalala irati xiyefano godhi biyaa oromotu bulcha jiraa atis ama afura fudhu fulduri kee kan naga kan milki sif hatau happy wedding day

  • @meelbaangadaa7686
    @meelbaangadaa76862 ай бұрын

    hedduu takkaan Aruuza Itiqaa kanatti gammade. ammoo ergaa guddaa of keessaa qaba,akkas Artistoonni Bahaa Dhihaa,Kaabaa,kibbaa wal gayanii achitti argamuun sanuu Finfinnee biyyaa abbaa kiyyaa/keenyatti akkas Aruuza ofii bifa madaalawaa taheen argisiisuun adawwii teenyaaf hedduu gaariidha.

  • @obseobse563
    @obseobse5632 ай бұрын

    Ittiqaa gootaa abbaan dhalchee congratulations🎉🎉🎉🎉baga waaqayyoo guyyaa kanan sii ga'ee❤❤❤❤❤❤❤

  • @Suusiyye
    @Suusiyye2 ай бұрын

    Wwwwww baay'ee bareeda aadaaf afaan ufiitiin boonun nama gammachiisa , gaa'iila milkiii 🎉🎉🎉🎉

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo54172 ай бұрын

    Waqaayyo baaa siinga.e wan ofii kiiyyaa saboonaa Adaa isaa calaqiisiisee Eduu namaa bonsaaa,dhugaa waqaayyo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 jechaan dhabee saboonaa sanyiii tadee biiruuuuuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 hooraa bayachaa bulee siin abulchuu Ayyantumaan waraa Abbaa oroomoo ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @iftuubalee3168
    @iftuubalee31682 ай бұрын

    Abbo gaelli kessan kaa umrii dheratu haa tauu ittiqa kutattu saba jabdu akka ferroo❤❤❤❤

  • @Abebisg
    @Abebisg2 ай бұрын

    Baga.gamadee.gotaa.kenya.nufi.jiradhuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdimuktar5703
    @abdimuktar57032 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉kongiiraa.bagaa.gamadee.🎉🎉🎉🎉

  • @theodorasmm2
    @theodorasmm22 ай бұрын

    Love from Ireland what a wedding am impressed united oromo well done guys ❤❤❤❤

  • @rahimarahima8741
    @rahimarahima87412 ай бұрын

    Bagaa itin sii gayee itiqaa gotaa oromoo❤❤

  • @makiyahaji2923
    @makiyahaji29232 ай бұрын

    Baga gamaddee baga Rabbiin ittiin sigahe ittiiqaa ilma sabaa ❤ ciini kee baay'ee baay'ee bareeda sirna Adaafi hamayyaatiin wol makee keessattuu Adaan ufii uffaata uffiiti akkasuma uffaana Adaa fi nyaani Adaa Ammaas Affaan uffiintin dhichiisuun shubisuun halaan bareeda galatoomi obboolleessa keenya qaroo sabaa❤. Ani duraan ijoollee qabda sehayuu😅 huundafuu Rabbiin dacha dachaa siif haakenu kan akka keettii sabaaf quuqamuu . Hardha fardoon shawaa fiinfinnee keenyaati 😂 cambalaq jedhani akkaa ittii baredu dhugaa ani heedu ittii gamadee ciidha kee. Horaa bullaa 🎉🎉🎉🎉

  • @burqasawa
    @burqasawa2 ай бұрын

    Wow bayye nematti tola🎉

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58332 ай бұрын

    Ciidha gaarii kana firii qabu rabbii haa godhuuf ❤ ilmaan babbareeddaa rabbii haa kennuuf ❤

  • @jamelaj1120
    @jamelaj11202 ай бұрын

    Welcome Ittiqaa Tafari good morning 🫶🫶🫶🫶🫶🫶👍👍👍👍👍👍👍👍👍🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀 Wellisaa Kenya umurii nuu dheeraadha bayyee tokkoo si jalanaa lammii koo garii nama qali KO

  • @hsjjd729
    @hsjjd7292 ай бұрын

    Siin malla gotaa koo horaa bulaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem66952 ай бұрын

    Wwwww Hora Bulaa Qalii Namaa 🤲🤲🤲🌷🌷🌷❤️❤️💐💐💐

  • @dawwiifayisaa6000
    @dawwiifayisaa60002 ай бұрын

    Waraa finfinnee hadhura oromiya kana wanuma maratu iraa bareda ya rabbii gurba shawa essatin argee heruma

  • @aishaaisha6968
    @aishaaisha69682 ай бұрын

    Guyyaa akkaana kan abbaaf haadha qabachuu caalaa waanti nama gammachiisu hin jiru ❤

  • @vsjdhSs
    @vsjdhSs2 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀💐💐💐💐💐💐💐💐🌹💐🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💐💐🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬Baga Gammade ittiqaa ija irraa nu Hafa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AkkmiOromyaa66
    @AkkmiOromyaa662 ай бұрын

    Wowww Maashaallaa Maashaallaa ❤❤

  • @baradiin_oro_99
    @baradiin_oro_992 ай бұрын

    Waw addaa oro 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AbdellaAbdella-sd7jd
    @AbdellaAbdella-sd7jd2 ай бұрын

    Bg siin Gaahe Bg mana ijartee Horaa bulaa deybanaa Arii Filadhaa woliin dulomaa

  • @user-se7qq5dz2j
    @user-se7qq5dz2j2 ай бұрын

    Congratulation jaalewwaan koo

  • @lensa3719
    @lensa3719Ай бұрын

    Congratulations ❤❤❤❤ Beautiful calture ❤❤

  • @user-gj6rc9jt9u
    @user-gj6rc9jt9u2 ай бұрын

    Maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah hoora bulaa bagaa Rabbii sii ijaree❤❤❤❤❤❤❤ obboolleeysaa koo ❤️❤️❤️👍🌹🌹🌹

  • @user-xx2pb6un1g
    @user-xx2pb6un1g2 ай бұрын

    Abdiyee sutumee koo baayee sii jalaldhaa ❤ walyii qalii kenyaa 🥰

  • @danielnegera3348
    @danielnegera33482 ай бұрын

    Ija irraa hafaa

  • @user-tc2vd1bj3h
    @user-tc2vd1bj3h2 ай бұрын

    Www www www www www Shawaa too umataa jalaa ❤❤❤❤❤❤❤❤ Salalee koo

  • @HayaatShawaa
    @HayaatShawaa2 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Bagaa ittin sii gahee qalii nama

  • @melber7957
    @melber79572 ай бұрын

    May God bless Oromo and Oromiyaa 🙌🙌

  • @user-qi3hx8cr5k
    @user-qi3hx8cr5k2 ай бұрын

    Congratulations 🎊 👏 ❤congratulations ❤ 💚 🙏🏻 😻 🎊 👏 ❤

  • @Haleema-xx8in
    @Haleema-xx8in2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ MaShAllhaa orabula❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏💪💪💪😍😍😍😍💕💕💕

  • @AbdiGirma-dx6nx
    @AbdiGirma-dx6nx2 ай бұрын

    Wowwww........itti muddi Ittiiqaa koo baga ittiin si gahe.

  • @addisgulema3748
    @addisgulema37482 ай бұрын

    🌹🌹🌹🌹🌹❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Gota ija oromo.❤❤❤🎉🎉🎉🎉🌹🌹🌹 so love you. Respckt. Adaa oromo ❤❤❤

  • @SoofiwakeAbduro
    @SoofiwakeAbduro2 ай бұрын

    Congratulations 🎊

  • @user-jm4gg6ne6n
    @user-jm4gg6ne6n2 ай бұрын

    Wowww baaye baredu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤milkiyaa gotta ❤❤❤❤❤❤❤koo❤❤❤❤

  • @user-xf3ej8co1u
    @user-xf3ej8co1u2 ай бұрын

    Gayelaa gariiiiiii 🌹💐 Kani umirii dheraa wajin jiratanii isinif haa ta.u

  • @user-ob3ej1gd1v
    @user-ob3ej1gd1v2 ай бұрын

    ኦሮሙማ ኢዳዚህ ነው ማሻአለህ አለህ አንድ ላይ ያኑረቹ🎉🎉🎉🎉

  • @user-xc1jz5jb4u

    @user-xc1jz5jb4u

    2 ай бұрын

    Ameen 🙏 awo oromo berasi baheal yekoral des yelal betam ❤❤

  • @danielnegera3348
    @danielnegera33482 ай бұрын

    Congra Itiqa, thank you Abu.

  • @iftuubalee3168
    @iftuubalee31682 ай бұрын

    Anaa bareeduu kaa oromoo koo❤❤

  • @lensa3719
    @lensa37192 ай бұрын

    Congregation ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Good job

  • @mdoman986
    @mdoman9862 ай бұрын

    Wowwww Wowwww Congratulations Bagaa Gaammadee GA.ELAA Milkii siif haa ta.u......Uuuuuufffeee Shaawaa ko baayee bareedu ijaraa hafaa Gototaa Kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @SinanMulisa
    @SinanMulisa2 ай бұрын

    Akkas maleee artii jechuun aadaa kenya callaqisiite jabduu koo❤❤❤❤❤

  • @user-xk8yw4zi8u
    @user-xk8yw4zi8u2 ай бұрын

    Baga ittiin sigahe Ittiiqaa Tafarii,Gaheelli gaaheela milkii ,Kan jaalalaa,Kan gammachuu isiniif yaa ta'u,horaa gumbii guttadha ,dhalchaa ilmoo dhungadhaa,Baga offaltee!!

  • @user-bo3fi6oo3y
    @user-bo3fi6oo3y2 ай бұрын

    baga guyyaa cidha keetii geesse artisti keenyaa jaalatamaa Ittiiqaa Tafarii

  • @TsigeTsie
    @TsigeTsie2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤beautiful wedding ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @RomanRoman-vj5xz
    @RomanRoman-vj5xz2 ай бұрын

    Congratulations brother. You deserve it. May God bless your marriage and family ❤

  • @Naiaani-tw1ty
    @Naiaani-tw1ty2 ай бұрын

    ❤❤baga gammade gootaa keenya keenya

  • @sabontuoromo1667
    @sabontuoromo16672 ай бұрын

    Baga Gammadan hora bulaa🎉🎉🎉

  • @safia1290
    @safia12902 ай бұрын

    Wuwuwu adda baareda❤❤baga rabbin guutu itti gahe

  • @cookwithfoziy
    @cookwithfoziy2 ай бұрын

    Atii yomii futaa garuu abdu 🙄🥰😁

  • @almazgudeta940
    @almazgudeta9402 ай бұрын

    Congratulations lencaa koo🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @hdhd3240
    @hdhd32402 ай бұрын

    Congratations🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @lubuumerga6372
    @lubuumerga63722 ай бұрын

    Congratulations oromoo koo Ittiqaa keenyaa from Toronto Canada

  • @user-gz5eh6ne7l
    @user-gz5eh6ne7l2 ай бұрын

    Maashaallaa horabuullaa umirdheerradhuu walayh wani ilmmaqabu sihe

  • @uaex5348
    @uaex53482 ай бұрын

    Wow wow bayee bareduu bagaa itin sin gahee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Haleema-xx8in
    @Haleema-xx8in2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ MaShAllhaa orabula❤❤❤❤❤

  • @sinboone9259
    @sinboone92592 ай бұрын

    Woowowowowoowo❤❤❤❤❤❤ akkam namatti tolabbo

  • @yashiixiiqoo6418
    @yashiixiiqoo64182 ай бұрын

    Bagaa kanan Sii gahee Ebifaamii gae,elaa milkii ❤🎉

  • @hey1232
    @hey12322 ай бұрын

    Begee Gamedee Lenchaa Kegaa 🫶🏽🫶🏽🫶🏽❤️💚❤️👏🏽👏🏽👏🏽

  • @addisketema-my1uh
    @addisketema-my1uh2 ай бұрын

    Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @WaqjiraKifle
    @WaqjiraKifle2 ай бұрын

    Itiqaa bagaa gaammadee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-lz9on8tr7w
    @user-lz9on8tr7w2 ай бұрын

    WOW Oromoo koo Artist kenyaa jalaatama Etiqa Congratulations 🎊 ❤❤

  • @RobaKhalifa
    @RobaKhalifa2 ай бұрын

    Congratulations 🎉 Congratulations 🎉🎉

  • @CellPhonica-ww7mk
    @CellPhonica-ww7mk2 ай бұрын

    Wow Akkmi bareduu congregation 🎉🎉🎉🥀🥀🥀🌾🌾🌾🌷🌷🌷🌷🌷🙌🙌🙌🙏🙏

  • @SaraOromo
    @SaraOromo2 ай бұрын

    Wowow 🎉

  • @hawinettube7902
    @hawinettube79022 ай бұрын

    Congratulations 🎉👏 art keenya qaalii etika baga ittiin si ga,ee 😍😍😍🥰🥰🥰💘💘💘💘horaa bulaa 🥰🥰🥰🥰🥰Miidhagina Aadaa wawa😍😍😍💘💘💘💘

  • @fuziasalimali6923
    @fuziasalimali69232 ай бұрын

    ❤❤❤❤baagaa gaamdann❤❤❤❤❤

  • @TaaddasaaGalaanWadajoo-ox9dl
    @TaaddasaaGalaanWadajoo-ox9dl2 ай бұрын

    Bagaa Gammaddee Itiqa Teferi.....!!!

  • @BichakaGeleti
    @BichakaGeleti2 ай бұрын

    Happy weeding etiqaa teferii

  • @KulleeAddunyaa-qz9et
    @KulleeAddunyaa-qz9et2 ай бұрын

    Wow baay'ee namaati toltuu ijaa hammaa irraa hafaa oromoo koo❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉.

  • @abdiishow
    @abdiishow2 ай бұрын

    Congratulations 👏baga gammaaddee horaa bullaa

  • @osmaankamaal4456
    @osmaankamaal44562 ай бұрын

    Waw horaa bulaa waraa dagagaa 🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️

  • @UsmaanAliiAppel
    @UsmaanAliiAppelАй бұрын

    Umrii dheradhaa❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @hsjjd729
    @hsjjd7292 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤Mashaalh ❤❤❤❤Mashaalh Mashaalh Mashaalh ❤❤❤Mashaalh Mashaalh Mashaalh ❤❤❤❤❤Mashaalh ❤❤❤❤Mashaalh ❤Amiiiiiiiiìiiinmm❤❤Mashaalh Mashaalh Mashaalh Mashaalh ❤❤❤❤❤❤

  • @seifuabubaker2450
    @seifuabubaker24502 ай бұрын

    Horanii haadhagaagan ,umrii dheeraawajjiin!/Ufta,uun afshaallummaadha.

  • @eromiyaeromiya3852
    @eromiyaeromiya38522 ай бұрын

    Congratulations my ❤❤❤❤❤

Келесі