Singitan Taammiraat Dorgomaa Daddaraaroo sagaleen 1ffaa bahe.

Ойын-сауық

Singitan Taammiraat Dorgomaa Daddaraaroo sagaleen 1ffaa bahe.

Пікірлер: 347

  • @huseinmacke7517
    @huseinmacke7517Ай бұрын

    Abbootiin murtii, hubannoon aartii irratti qaban umrii daa'ima kanaatii gadi.. Kid knowledge

  • @AdhanomBerhe
    @AdhanomBerhe9 күн бұрын

    Matnegurgn mn hunachu new oromowoch ye hachalu lj new.ewodew alehu❤❤❤❤❤❤❤.

  • @Hindiya-ej6bc
    @Hindiya-ej6bcАй бұрын

    Rabbin nuu haa gudisu hamtu irra nu haa qabu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤i love you sigitan tamirat

  • @MagahahahMajajsja
    @MagahahahMajajsjaАй бұрын

    Singitan Rabbii si ha gudisuu wan hundanuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tamebaba7615
    @tamebaba7615Ай бұрын

    Aartiin Miiraan osoo hin ta'iin ija Aartiitiin madaalamuu qaba,dinqisiifachuun kophaa guddina Aartiif hojjechuun kophaa dhugaa wara obn bayy'ee nama qaanesitu👎... Yaasin adaam ni dandesaa...... singitan bagaa milkoftee jabadhuu🙏congra

  • @fabianhussien7845

    @fabianhussien7845

    Ай бұрын

    Yaada guutuudha kophatti waan fedhan gochuufin ni danda'ama ture aartiin taphachuun garuu ummata tuffachuudja

  • @Shamsiyaa-Adaamii-shaashe
    @Shamsiyaa-Adaamii-shaasheАй бұрын

    Jabaa ofii abatuu jabefataa buchekoo gudadhuu oromo daimaa kana qequ qabdanii umurii kanatii madarakii gubatii bayee sirbuniii wwwwww bagaa milkoftee buchekoo ❤❤❤❤ haacceekoo diqishuuu 😢😢❤❤❤

  • @abdishayoutube
    @abdishayoutubeАй бұрын

    Warri mucaan 1ffaa bahuu qabuu jedhan sila ummata filate maal godhuu warri abbaa murtii ummata kuma 11 filate warra dorgomee keessa namaa ammaa isaa filatame hin jiru 🎉🎉🎉🎉

  • @otube6841

    @otube6841

    Ай бұрын

    Irraa baratamuu qaba! Uummanni garri caalu miiraan filate malee ogummaa aartiin barbaaddu beekee miti

  • @user-mp6vz2zb9f

    @user-mp6vz2zb9f

    Ай бұрын

    @@otube6841 beekka puha

  • @AaAa-rj9od
    @AaAa-rj9odАй бұрын

    Singitan waqayoo kanuma caalaa kallattii hundumaan si yaa guddisuu qaalii oromoo nuf jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FiraaZ-xs5cv
    @FiraaZ-xs5cvАй бұрын

    That is not fair art is not only emotion😢😢😢

  • @user-mp6vz2zb9f

    @user-mp6vz2zb9f

    Ай бұрын

    😅😅 naf

  • @otube6841

    @otube6841

    Ай бұрын

    Yes, I agree!

  • @sifanwodajo

    @sifanwodajo

    Ай бұрын

    Dhugaa jette

  • @abershi5171
    @abershi5171Ай бұрын

    ❤❤❤❤Waqqayyoo sii haa gudisuu 🎉🎉❤❤❤❤ ijaa hamatu siraa Yaa qabuu❤❤❤ gudadhuu kichuu too🎉🎉🎉🎉

  • @user-bo2yo7es7r
    @user-bo2yo7es7rАй бұрын

    Fakataa haccee ija dinaa iraaa hafii guddhuu

  • @Emebet-yt5sp
    @Emebet-yt5spАй бұрын

    Waqayyoon nuf Yaa guddisuu❤❤❤ SI jalaana

  • @AaAa-gl6ey
    @AaAa-gl6ey21 күн бұрын

    Maashaallah ijaa irraa haafii jabadhuu rabbii sii yaa guddusuu

  • @user-ky4qx8ow8g
    @user-ky4qx8ow8gАй бұрын

    Singatan bayyee takka sin jaallana wly ijaa ijaa ra hafii

  • @ShukriiAbduramen-hi5rb
    @ShukriiAbduramen-hi5rbАй бұрын

    Kun sagaleen kan daa'imaati bar 😮mucaan ganaa guddataa jiraa sagalee irratti murteessuu hin dandeessan kanaaf🎉warri comment waan hin beeyne hin haasayinaa ok😮singitan 🎉congratulations 🎊

  • @fabianhussien7845

    @fabianhussien7845

    Ай бұрын

    Yeroo sana osoo dorgomee mooyatee hin woyyuure ? Isa fuuldura dhufuu maal Akka ta'u osoo hin beekin miiran amma hoho jechuun fokkisadha

  • @sameranaser2015
    @sameranaser2015Ай бұрын

    Gurbati kun hacee ta'uf😮😮❤😮❤😮❤

  • @gutukenea101
    @gutukenea101Ай бұрын

    Mucaa kana jaallachuun waan biraa sagaleedhaan tokkoffaa baasuun garuu dogongora biraa dha Keessumaa sirba kana irratti in haasaye malee hin sirbine eenyuuyyuu akka kanatti nii sirba kara adeemaaniyyuu

  • @Nani-dh8yr

    @Nani-dh8yr

    Ай бұрын

    Big mistake

  • @RomanRoman-vj5xz

    @RomanRoman-vj5xz

    Ай бұрын

    His stage present is remarkable

  • @WackyOfeloa-ss2ks

    @WackyOfeloa-ss2ks

    Ай бұрын

    Maltu dogongora sitti ta'e umurii kanan enyuu walin dorgomaa akkaa jiru ilaaltera dhalotarat hochechuf yoo ta'ee qabxin itti xiqqaata sagalee qofatu ilalama moo waltaji hundatu ilalama si mafi ijii si dhigee dhugaadhaf moo lataa??? Ittii tufi mucaatti

  • @amanbedaso6245

    @amanbedaso6245

    Ай бұрын

    I agree with you Man

  • @fayeramitiku5528

    @fayeramitiku5528

    Ай бұрын

    Dhugaadha sagalee hin qabu

  • @NegayoBali
    @NegayoBaliАй бұрын

    ❤❤❤❤Dhugaa Rabbi Mucaa kana Badhaafamuu

  • @bagajaokotuwario5192
    @bagajaokotuwario5192Ай бұрын

    Badhaasa kan caaluuti maalaaf, daa'ima xinnoo kanaf❤

  • @daginawmisganu3879
    @daginawmisganu3879Ай бұрын

    Murtee Ogummaan osoo hin taane miira qofaan hoogganame dha. Keessattuu performance isaa kun immoo baayyee gadi bu'aadha.fuulduratti yoo jabaatee hojjate nama cimaa ta'uuf mala.

  • @eliaskumara604

    @eliaskumara604

    Ай бұрын

    Ati akkamitti yaadde garuu?

  • @user-qs2co9xs7t
    @user-qs2co9xs7tАй бұрын

    Guddadhu Sanyii koo ijaa dinna sirra haa qabuu ❤❤❤

  • @AbdoulkaderMohammed
    @AbdoulkaderMohammedАй бұрын

    A rabiin sii hgodiisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-pv5qs9ki7s
    @user-pv5qs9ki7sАй бұрын

    Abeet umata infaa male hojii bekne 😂 bagaa mote siingitan❤❤❤

  • @IlmiiTube
    @IlmiiTubeАй бұрын

    Daima Ol Adeema kana jajjabeysu dirqama keenya❤

  • @siifan2376
    @siifan2376Ай бұрын

    Wow Rabbii si ha guddisu ija hamtuu sirraa haa qabu qalii ko 🥰❤❤❤

  • @kiyaali4615
    @kiyaali4615Ай бұрын

    Huumnafi ifitti amanamummaa hedduu jaalle ta’us wallen inni filate sagalee isaa faana wal hin simanne hundumaafuu baga milkaae

  • @user-rt5zh6gx2m
    @user-rt5zh6gx2mАй бұрын

    Dhaloota qube Nuuf guddadhu❤❤❤❤❤

  • @KamilaSaman
    @KamilaSamanАй бұрын

    Wow raabbii sii haa guddisuu❤💚❤️💚❤️

  • @abershi5171
    @abershi5171Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉 Waqayyoo sii haa gudisuu ❤❤❤

  • @AbdisaJeylu-f4j
    @AbdisaJeylu-f4jАй бұрын

    ❤jabaadhu qaxalee Koo nu boonsita Ati

  • @peacelove9531
    @peacelove9531Ай бұрын

    omg omg om g so cute and talented wow sweeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeet

  • @famiyamohamed213
    @famiyamohamed213Ай бұрын

    Badhaafamu qaba hacce xiqqaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @asad9086
    @asad9086Ай бұрын

    Qalii sanyii hacee gudadhu biyafii ta,ii ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @hadhaagidii6429
    @hadhaagidii6429Ай бұрын

    🎉🎉🎉❤❤❤❤gudadhu Kichu too

  • @FarahaanOro-jq7ky
    @FarahaanOro-jq7kyАй бұрын

    ❤❤❤❤❤ bakka naaf gahi

  • @gammachuuraggaaa7811
    @gammachuuraggaaa7811Ай бұрын

    dhugaa dubbachuuf 1ffaan Yaasiin adem ture

  • @Orabirraa
    @OrabirraaАй бұрын

    Singitan akka maqaa Isaati Rabbiin bakkaan haa gayu. Ufitti amanamummaa Waltajjii toohachuu Ritimin ala bahuu dhabuu Fi kanneen birootu adda isa taasisa. Cimini isaa adda baga moote. Jabaadhu.

  • @alemtube6595
    @alemtube6595Ай бұрын

    Jajjabeessuf gaaridha.garuu mucaan riitimii keessa hin jiru.

  • @jirotube6411

    @jirotube6411

    Ай бұрын

    Right.

  • @Krishna1_80lovers

    @Krishna1_80lovers

    Ай бұрын

    Dhugaa keedha

  • @WackyOfeloa-ss2ks

    @WackyOfeloa-ss2ks

    Ай бұрын

    Muziqaan Inni hojjeette har'aa qofaa agartan moo sagalee da'imaatti bari itti tufa muccaatti warrii ijii sin dhigee martuu

  • @aminabdulkadir2351
    @aminabdulkadir2351Ай бұрын

    Amazing. I like it very much 🎉❤ 😢😢😢😢 ayi hace

  • @desalegneleul513
    @desalegneleul513Ай бұрын

    Jabaadhu jabaa keenya akkanumatti itti fufi ♥️

  • @BurteAbera-wm5xe
    @BurteAbera-wm5xeАй бұрын

    woww❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ef5sp7kk4j
    @user-ef5sp7kk4jАй бұрын

    Wow nuuf guddadhu sanyi taadee biruu ❤❤❤❤

  • @paparaziiman5628
    @paparaziiman5628Ай бұрын

    maal kun sagaleedha moo booy'icha artii irrattii loogii hajjachuun badii saba rawwachuudha qaaniidha nuf....ijoolee dorgommii biraa irrattii dorgooman wajjiin mucaan kun osoo dhiiyate yaaliidhumafuu hin ta'u ....safuu barana waa bay'ee argiina.....Yeroo hundaa Haacaaluu fakkesanii sirbun maal fayyaada...kana booda nutii kan Haacaluu caaluu barbaana malee ...Haacaluun of ta'ee darbeera mucaan kuniis of ta'u qaba malee....maal raajin akkaasii

  • @surapheltesfaye8367
    @surapheltesfaye8367Ай бұрын

    Waaw ofitii ammanamummaa gudaa qabda❤ jaras kanaan waan caaltee natii fakaata💓

  • @AshanafiLata
    @AshanafiLataАй бұрын

    Jabadhuu Rabii saa jabesuu

  • @daadhigd893
    @daadhigd893Ай бұрын

    Intensive vocal training and practice is mandatory to bring this kid to Hachalu's level. However, I am still your supporter dear Sington! Gudadhu!

  • @user-tk4mr1fj7f
    @user-tk4mr1fj7fАй бұрын

    Ijollee qaxalee akkana artii fi saayinsii artiin akka guddatan taasisun gaaridha.Wallee duraan ture osoo hin taane ,kalaqa walaloo fi yeedaloo haaraa akka fidan deeggaruun murteessadha.

  • @lelisaregea7300
    @lelisaregea7300Ай бұрын

    Ay mucaan sagaleensaa dhugaadha karuma arti hin baabe

  • @GGU900
    @GGU900Ай бұрын

    Rabbii sii haa guddisu ija hamtuu sirraa haa qabu Singoo koo🥰🥰🥰

  • @user-ee3wg4my3g
    @user-ee3wg4my3gАй бұрын

    አጫሉ አልሞተም ብዙ አጫሉዎች አሉ ❤❤

  • @Sultan-ek3hh
    @Sultan-ek3hhАй бұрын

    Sitti haa obsinuu nuuf guddadhuu

  • @BeleteFeyissa
    @BeleteFeyissaАй бұрын

    Baga Milkoofte Singitan gammachuun koo guddaadha siin boonneerra

  • @MyPosts26885
    @MyPosts26885Ай бұрын

    Sagaleen isaa hin bareedu bar. Sagaleen ni hafa. Ija jabinni isaa garuu baay'ate.

  • @famiyamohamed213
    @famiyamohamed213Ай бұрын

    Baakkka guddaa nufguddadhu bichukoo❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gobeburka5634
    @gobeburka5634Ай бұрын

    DHUGAAAN ILMOO WAAQAATII,,,,HAMILEEE DAA,IMA KANAAATIIF JECHA NI MALAAF GARUUU DORGOMTOONNI ISA CAALAN HEDDUUDHA

  • @tolesatafa3883
    @tolesatafa3883Ай бұрын

    Singitan ni dandeessa dhugaa

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477Ай бұрын

    Warri as jaala yaatani akkamitti tokkoffa bahe jettani iyyitan kallattti tokko qofa hin ilaalani mucaa kuni umuri isaa meeqa eenyu umurii kanaan Waltajii irra bahe akkas ofiitti amane sirbu ? Dhaloota akkan jabeessu qabdu malee maalif tokkoffan bahe jeettani wacu sagalee isa ammaf malee bodda bareedda ta'a Hamilee nama hin tuqina Sigitaan koo dhaloota Hacee baguma nuuf milkoofte xiqqoo keesse rasaasa ❤❤❤😢

  • @user-mp6vz2zb9f

    @user-mp6vz2zb9f

    Ай бұрын

    Dhugaa keeti qalii nama

  • @user-fn6wt1qt3y

    @user-fn6wt1qt3y

    Ай бұрын

    😢😢😢😢

  • @user-fn6wt1qt3y

    @user-fn6wt1qt3y

    Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DerartuMohammed

    @DerartuMohammed

    Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤of course

  • @hawwiijaalmarroo430

    @hawwiijaalmarroo430

    Ай бұрын

    No baaki kun sagaalee ilalamaa ammoo singitan sagalee hin qabu dhugaa hamiile isaa eguun waan biraa 1ffaa baasun waan biraa😮 solaa caaliisani badhaasa osoo laatanifii gaarii turee

  • @HawiBedasa-oi4pc
    @HawiBedasa-oi4pcАй бұрын

    Bagaa milkofte qaxalee jabadhu 💕💕💕

  • @abdiihussen2420
    @abdiihussen2420Ай бұрын

    Ilmoo ajaibaa Masha Allah bakkaan Rabbiin haagahuu

  • @VescoDegama
    @VescoDegamaАй бұрын

    Namni waan fedhe yoo jedhes ati tokkooffadha, ofittii amanamumma, sagalee kee, umri, haalii atii dawaatoota ittin to'attee

  • @shumituchaka9090
    @shumituchaka9090Ай бұрын

    Waqayyoo umurii dheeraa si haa jiraachiisuu dhalootaa boruu ❤❤❤❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷

  • @hawiararsa5853
    @hawiararsa5853Ай бұрын

    Singuu hacee nuuf taata❤❤❤

  • @naniinaniidezudezu
    @naniinaniidezudezuАй бұрын

    Uuuuuffff gudadhuu kichuu koo sif malaa congratulations 🎉🎉🎉

  • @user-mx4nk6hu9w
    @user-mx4nk6hu9wАй бұрын

    Umrii dheradhuu qaxalee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @mesertgirema151
    @mesertgirema151Ай бұрын

    ጀግና ፈጣሪ ይጠብቅ❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @SOORETTIItube-my5ub
    @SOORETTIItube-my5ubАй бұрын

    jabaadhu singuuu koo

  • @Hacaalu
    @HacaaluАй бұрын

    Guddadhuu Rabbin si a’eegu❤❤❤❤

  • @konjittashoma
    @konjittashomaАй бұрын

    Singiyyee bagaa nuuf milkoftee ❤️🙏💕💕💖

  • @demissewnigussie773
    @demissewnigussie773Ай бұрын

    Kichuu Qacalee Oolguddatu:SINGITAN Taammiruu Guddadhu, fuuldurri kee kan milkii yaa tahu!!!!

  • @SintayehuTiko
    @SintayehuTikoАй бұрын

    Leenca sarii Hacee

  • @user-qt6xq6yk3v
    @user-qt6xq6yk3vАй бұрын

    Guddadhuu jabadhuu ittii fufii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @megarsaboja
    @megarsabojaАй бұрын

    Congratulations qacalee ilmaa ❤️💯❤️❤️❤️

  • @EliyasTolera-cm8pe
    @EliyasTolera-cm8peАй бұрын

    Qimami koo❤❤❤❤lubbu koo Osuma ilma koo tate❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-tr2uc1vl2q
    @user-tr2uc1vl2qАй бұрын

    Gudadhuu hamtuu sirraa yaa qabuu qaxalee mucaa❤❤❤

  • @badilugetacho1631
    @badilugetacho1631Ай бұрын

    Tasa nama dorgommiif madaalu miti!

  • @annuummaa
    @annuummaaАй бұрын

    Jabadhuu jabaa kenyaa lencaakoo❤❤❤❤❤❤

  • @BirtukanBeshada
    @BirtukanBeshadaАй бұрын

    Fakkatu Hacee Kenya jabadhu❤❤❤❤❤

  • @gudisehayilu5435
    @gudisehayilu5435Ай бұрын

    Modela ta'uu sirra bareeda gaaru sagalee kee naaf hin taane gaaru mebii ijoole waan taateef ta'uu danda'a

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525Ай бұрын

    Dhalootta haccee ❤😢😢singuu gudadhu

  • @KasimGollo
    @KasimGolloАй бұрын

    Sagalee irra deebi'aa dhageeffadha Mucaan bakka bifaafi bareedina hundumaayyuu caalaa akka an ishee jaaladhu Kan nagodhe keessaa jedhu saniitti achi booda murteessaa anaaf daaimichi sagalee sirbaaf tahuuyyuu hin qabu. Sagalichi dhagahuuf mijataa miti

  • @izeddinkelifa
    @izeddinkelifaАй бұрын

    Guddadhu bakka bu'aa hacee ta'i❤

  • @user-jt1gb8rw8h
    @user-jt1gb8rw8hАй бұрын

    Amazing ❤❤❤

  • @RamadanYusuf-sy8zu
    @RamadanYusuf-sy8zuАй бұрын

    Congratulations bro koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GemechuBenti
    @GemechuBentiАй бұрын

    Kana immoo maal jetti jarri hagubatu garaan.Guddadhu.

  • @masaratmaryam
    @masaratmaryamАй бұрын

    Qaxalee koo ❤🎉

  • @FiraolTeriku
    @FiraolTerikuАй бұрын

    Jabaadhu sanyi koo❤❤❤❤❤

  • @ahsh3357
    @ahsh3357Ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ sightaanifii

  • @LenchaTesfaye
    @LenchaTesfayeАй бұрын

    Rabbiin nuf haa guddisuka ❤❤

  • @user-ic8op7wb4j
    @user-ic8op7wb4jАй бұрын

    Alli Berra junior , Wonderful !

  • @JYv-bk4km
    @JYv-bk4kmАй бұрын

    Nuuf guddadhu qaali mucaa ❤❤

  • @WabiTechan
    @WabiTechanАй бұрын

    Amazing ❤❤❤❤❤

  • @umarkasim5806
    @umarkasim5806Ай бұрын

    Dhuga kun sirri mi mucaan sagalee sirbuunim sagale ittin baroodu hin qabu 😢style yes qaba garu sagalee baadon baadodha ...

  • @marufabadir2734
    @marufabadir2734Ай бұрын

    Aartiin miiraan osoo hin taane, ija artiitiin madaalamuu qaba! muca kana jaallaachuun waan biraa, 1ffaa basuun immoo dogoggoradha!

  • @FarahaanOro-jq7ky
    @FarahaanOro-jq7kyАй бұрын

    ❤❤ gudadhu kichu koo

  • @Abdii-lovii
    @Abdii-loviiАй бұрын

    1ffaa Isaaf Maala Garu Meediyan boqqollo Haqa ykn Dhuga hin murtessu mal goonure

  • @sifuutube-wx5nw
    @sifuutube-wx5nwАй бұрын

    Nuf gudadhuu qaxalee kooo❤❤❤❤❤

  • @samsungmobilee5215
    @samsungmobilee5215Ай бұрын

    Leencaa Setayoo❤❤❤❤

  • @ChaltuDolba
    @ChaltuDolbaАй бұрын

    Singiyyee bagaa nuuf milkoftee 👌👌👌👌💞👌🫶🫶🫶🫶🫶🫶💋💋💋💋💋💋💋💯💯💯💯💯

  • @user-bo2yo7es7r
    @user-bo2yo7es7rАй бұрын

    Ija dinaa siraa haa qabuu waqqayyoo hamaa hacee yadadhee gadduu yoo sirba isaa yoo dhagehe nan gamadaa

  • @user-yf2vp2vy8v
    @user-yf2vp2vy8vАй бұрын

    Wow masha Allah ❤

Келесі