Singitan Taamiraat - Hacaaluu Hundeessa -NEW MUSIC (stage performance)
Музыка
#ethiopianmusic #OromoMusic #Like #Comment #africanmusic #oromosong #Like #Comment #subscribe #trending #africa #afrobeat #neworomomusic #newethiopianmusic #neworomomusic2023 #neworomosong2021 #oromosong #ethiopiansong #oromomusic2022 #oromomusic2023 #neworomomusic2022 #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #Tiktok #Music #playlist
Пікірлер: 563
Anaa nyaatu mucaa nana yemmuun sagalee kee dhagahuu waa sadiitu natti dhagahamaa. 1ffaa Boohichaa imimmaan addaan hin cinnee guyyaa guutuu 2ffaaHaacaluun hedduun Oromiyaa keessaa jiran akka bahaanif warra hojjatan galanni koo onnerrayi.3ffaa Haadha kee bakka kanaan si geessen akkan itti galateeffadhu hin beekuu .Umurii Qocaa rabbii isiin lachuufuu haa kennu.
Singitani koo Rabbiin sii haa gudisuu inshaaAllah 💋 💋 ❤️ 👈 😢😢😢😢😢qabna kinoo Haccee lamaaffa
Saanyii dhiiras Hacaalun hin dunee maagstii akkanna nufuu haafee
አጫሉ እንዴት ታሰቆጫለክ የውነት አንተ ልዩ ሰው ነበርክ ለአገር ሰትጨው ልጆቻክን በትነክ አለፍክ መቼም አንረሳክም ነብሰ ይማር
Raabbii si haa guddisuu Kichu koo jaabadhu dhigaa koo❤❤❤❤❤❤😂
Great 👍👍👍👍
Waqayon sii,a guddisuu sanyii koo
Wow kun kan akka haceeti waqni si haa guddisu😘😘😘😘
❤❤❤❤❤❤❤❤ 0:49
💪💪💪💪qabsoon itifuufa
aaah guddadhe qacalee ilma
Jiradhuu dhugadhaa lubbbuu😅😅😅😅😅😅
Waqayoo sii aguubisu ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo umrii kee nuf haa dheereessuu. Baay'een sinboonaa, baay'een sitti gammadaa. #Siingiitaan qaxalee koo jechaan ittin si ibsuu hin qabu. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gudadhuu❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu jajabduko
ጀግና ነህ ❤
Gudduubuchee❤❤❤❤❤❤❤
Guddadhu goota sanyii Taaddee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤ guddadhu
Uuuuuuuffff Haceee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Guddaa baakkaa haaceee gaii kichhuu❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@woinshetshibru-bc1mo
3 күн бұрын
😂❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuufiii Rabin sihagudissuu sanyi kiyyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Guddadhu ❤❤❤❤❤
Nuf guddadhu Kena rabbira!!!❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ትግል አይሞትም የሚባለው ይህ ነው ወገን...!!😭😭😭😭😭ዳግማዊ አጫሉ ....!!😭😭😭😭እግዚአብሔር ያሳድግህ !!!!!!!😭😭😭
Leenca Koo sanyii Tade Biruu 🥰🥰🥰🥰🥰
አጫሉ እግዚአብሔር በመንግሥቱ ያሥብህ ወንድሜን ።።
Ufff guddadhu sanyii ❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢uuufff guddadhuu Haccee 2ffaa❤❤❤❤
Jabadhuu rabbini
Hamtuun sii hin argiinii kiichuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhaloota hacaaluu
Gudadhuu ishii qaxalee koo ❤❤❤❤❤❤
Woo woo very Nice sanyii hacee 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuu guddachuu jabaa koo kaan ❤❤
Wowowowowow💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Ijaa arii nufii gudadhuu
Uuuuuufffff rabbiin si ha gudisu
Jabaadhuu.qeeraasoo
Bakan sii haa gahu qichu koo🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️umri nufii dheradhuu
Qalii too maal siif ta'uu maaloo Singoo
Haacce waaqqayyoon sii bakka nu buse
Guddadhu uuuufffff
Uuuuuufiii kichuuu dawiti guddaadhuu
Nu guddaadhuu
Uuuuuuufffffff guddadhu michuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuf duddadhu kodee kenyaa
Rabin sihaguuddissuu uuuuuuufiii
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤uuuuuffffff
Hacee atii indunee 😭😭😭😭dhaloonii jiraa accekoo😭😭
Waaqayyo ijar saa habisu gudadhu qaxale
❤❤❤❤❤❤Jabadhuu ilmaa Oromoo
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 naf jiiradhuuu nuf guudadhuu waaqayoo si haa guudiisuuu wooooowwwwww
❤❤❤❤❤
👊👊👊👊👊👊
Gudadhuu waqqayoo si ha gudisuu haceen hin dunee
Anisii ilimaa Tokkoo qaba ture rabbii sitii naafii haa dabaluu nuufi gudadhu kichuu koo❤❤
Haftee hacee si haa guddisi
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhalota qaxale ko jiradhu komo ko ❤❤❤
❤❤❤mashaa alaa
Ayiiiii 😂😂😭😭😭😭 Hacee Koo
Yaa Rabbii koo nuuf gudii si 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Guddadhuuu gudaa
Guudaadhu🥰🥰🥰Waaqayyoo Sii Haa Eeguu
Jabadhu ilma abbagadaa fakkaataa hacee
Mashaa alhaa mashaa alhaa
Jabadhuu ijii dinaa siin argiin
Jabaa koo naaf jiradhuu qaaxalee koo
Nuuf jirudhu ❤❤❤
Wooow amazing
Gudadhuu leccaa oromoo dhalchittee❤❤❤❤❤
Gudadhu ❤
Nuf guddadhuu
More than word❤❤❤
Hamtuun sii hin argiinii kiichuu koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Guddadhu hadho koo
Ok wan ufii
Waqqayoo sii haa guddisuu
Bagaa nagan dhuftani
Jabadhuu gota koo❤❤❤❤
Nufi gudadhu
😭😭😭😭😭😭😭😭😭woyoo garaa kiyaa gubatee Oromoo Maal woyaa? Haccee koo
Jabbadh rabbi si haa guddisu
Rabbii sii haa guddisuu ijaa wanyoo irraa hafii ❤❤❤❤❤❤❤
heddu si jaalanna❤❤
Gudubaa ❤❤
Oboo ati cimaa ilma goota keenyaati❤❤❤
Nuf guddadhuu ❤❤❤❤
Atti gudadhuu sanyii dhiràa uuuuuuf garaa nama badaa
Rabbiin ija ormaa irra si'aa ambisu! Nuuf guddadhu!!.
Gudadhu gudisa Hacee
Guddadhuu diini siargii
Jiraadhu guddadhu
guddadhu hacee xiqqoo
Guddaadhu