Sharmaarke Adam Waliin Turtii tasifne, Nooruu (Amajjii 14,2024)Finfinnee

Sharmaarke Adam Waliin Turtii tasifne, Nooruu (Amajjii 14,2024)Finfinnee
Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf👇
EthioSat NSS12E- Freq. 11604 Symb. 45000 Pol. H
Facebook- WALIIFTV
KZread- / @waliiftv
Telegram- t.me/waliiftvofficial
Tiktok- www.tiktok.com/@waliiftvofficial
Waliif TV Ilaalcha haaraa

Пікірлер: 214

  • @DhibbooBiloo
    @DhibbooBiloo6 ай бұрын

    Sharmaarkee kheenya. Daraartuu teenya. Sabboontuu teenya.❤❤❤

  • @GumaMedia12
    @GumaMedia126 ай бұрын

    Nama kana jabbeeffadhuu please Oromoo.❤❤ አርቲስት, ልዩ ችሎታ ያለው ሰው, በጣም የምወደው እና የማደንቀው ሰው, በአንተ እኮራለሁ እና ለኛ ኑርልን...❤❤❤ Siin boona nuuf jiraadhu.❤❤❤

  • @user_Rammishaa8
    @user_Rammishaa86 ай бұрын

    Sharmarke Adem man of the year ❤❤❤❤❤❤❤❤ Harar dakkar irraan siif barreesse

  • @user-fk7dd8kd5i
    @user-fk7dd8kd5i6 ай бұрын

    sobontu knew well about oromo song alot... most of them have significant influence in oromo national movement... I was born in Ambo and I can say almost all best modern oromo song produced in Dire dawa. I wish Oromia Government establish museum and art centre that dedicated to the production of motion pictures include movie, drama, comedy in the oromo language in Dire dawa

  • @MuradMedia652

    @MuradMedia652

    5 ай бұрын

    Best comment so far

  • @user-zt8vs4he8o
    @user-zt8vs4he8o6 ай бұрын

    King harargee father of comedy

  • @user-oe5kk5ei9k
    @user-oe5kk5ei9k6 ай бұрын

    Sharmake father of comedy he is influential in art❤

  • @Nadhii_galaan_3

    @Nadhii_galaan_3

    6 ай бұрын

    Dhugaa jatte wly

  • @faladinSK
    @faladinSK6 ай бұрын

    Underrated Oromo artist! Big respect for Sharmarke

  • @user-fk7dd8kd5i

    @user-fk7dd8kd5i

    6 ай бұрын

    true

  • @calaatube7889

    @calaatube7889

    5 ай бұрын

    😊😊😅😊😅😊😅😊😅😊

  • @ummiisufiyaan5554
    @ummiisufiyaan55546 ай бұрын

    sharmarke Adam naman akkan jaaladhu Rabbiin umrii kee nuf haa dheeressu ❤❤❤❤

  • @user-mz2ir9dy1e
    @user-mz2ir9dy1e6 ай бұрын

    Sharmanke is the king of comedy oromo he is my favorite ❤❤❤

  • @umer9882
    @umer98826 ай бұрын

    Sharmarke is Proffessional Art in Oromo music and movies.

  • @Jimaatube1845
    @Jimaatube18455 ай бұрын

    Sanyi elemo qilxu ijolee afran qalo jabadhuu

  • @mamefadis9178
    @mamefadis91786 ай бұрын

    My king oromo movie ❤baay'ee nuu jiraadhu

  • @Mage749
    @Mage7496 ай бұрын

    My love 💕 sharmake Adem❤❤❤❤❤❤

  • @dursaahmed1070
    @dursaahmed10706 ай бұрын

    The best interview ever prepared by walif tv

  • @bulee_show11
    @bulee_show116 ай бұрын

    Sharmarke Adam baga ngyan dhufte habibii I love ❤️🥰

  • @user-uv2wr6hb1c
    @user-uv2wr6hb1c5 ай бұрын

    Dhugaàaaaa keeti yaa sharmaarkee barsiisaan rabbuma qaba

  • @ararsoshueybi4326
    @ararsoshueybi43266 ай бұрын

    Our best comedian 💙

  • @riyadyusuf5524
    @riyadyusuf55246 ай бұрын

    Sharmarke ❤❤❤🎉

  • @kediraliyyii3470
    @kediraliyyii34706 ай бұрын

    Wow sharmaarkee Is My Best Artist Wly Very funy😁😁😁😁😘

  • @suursagaleewwantubechannel7549
    @suursagaleewwantubechannel75496 ай бұрын

    Sharmarkee ❤❤

  • @usmanabdii8232
    @usmanabdii82326 ай бұрын

    Wow wow wow 👌 👏 😍

  • @user-fc8hs2hq6u
    @user-fc8hs2hq6u4 ай бұрын

    dhugaa naman baay'ee dinqisiifadhu irraa tokko sharmaarkee umrii barakaa umrii risqiif jaalalaan faayamte siif hawwina

  • @DhibbooBiloo
    @DhibbooBiloo6 ай бұрын

    Sabboontuu carraa wal-qixaa fudhachuu qabdan siifi Darooniis

  • @green-jh1xj

    @green-jh1xj

    6 ай бұрын

    Dhugaa keeti

  • @GadaDigitalmedia3024
    @GadaDigitalmedia30245 ай бұрын

    Maatii wallif haa taanu...❤❤

  • @dursaahmed1070
    @dursaahmed10706 ай бұрын

    Sharmarke Adam nama art oromo kessatti gahe gudda qabuudha dhuga dubbachuf badhaasatu malaf muca kanaf❤❤

  • @wboforce3008
    @wboforce30086 ай бұрын

    Sharrmarkee Adam Abaa jalalaa 🥰🙏❤❤

  • @user-vn9cg4zi7j
    @user-vn9cg4zi7j6 ай бұрын

    Shamarkee naman baay'ee jaaladhu❤

  • @abdutube5709

    @abdutube5709

    6 ай бұрын

    ❤❤❤

  • @Ferhan_Yusuf.
    @Ferhan_Yusuf.6 ай бұрын

    Sharmark namaan bayyee jaaladhuu ❤❤❤

  • @gammeebokeeshow8828
    @gammeebokeeshow88285 ай бұрын

    ❤❤❤shamarkee nyata dhugatiin natiin toluu non kolfee

  • @nuradinmahammad8255
    @nuradinmahammad82556 ай бұрын

    Shaarmarke naman bayyee jaaladhu umrii nuuf dheeraadhaau❤❤❤❤

  • @falmataagadaatube6162
    @falmataagadaatube61626 ай бұрын

    Haasawa waliif dhiisaa wal afaanitti hin qabinaadhaa

  • @aliizakko2398
    @aliizakko23986 ай бұрын

    Shamarkeem Maalif Dararatuu maalif Qaaanfta ijaa keessaa laluu soddaata

  • @RashaadTube
    @RashaadTube6 ай бұрын

    Abbo Sharmarke Dhumarat ummata Pirank gote 😂😂www Habibi Umuri Nuuf dheeradhu heddu Sijallana🥰🥰🥰👍👏

  • @firowatar8252
    @firowatar82526 ай бұрын

    Sharuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @murtesaawel6018
    @murtesaawel60185 ай бұрын

    Rabbii Ramata haa godhuuf!

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo15916 ай бұрын

    Sharmaarkee baga nuu fiddan warri waliif! Baga nagayaan dhufte sharmaarkee keenya.

  • @yohannesdiriba3859
    @yohannesdiriba38596 ай бұрын

    We respect Shamarke

  • @manhalam4141
    @manhalam41416 ай бұрын

    Sharmarke dhugaa nama addati ❤❤❤❤

  • @user-gn2rf8dx9f
    @user-gn2rf8dx9f5 ай бұрын

    Bagaa Rabbii /waqnii ngy sii debissee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo15916 ай бұрын

    Hayi Warri waliif bishaan hin qabdanii? Maali gurbaa haasawa qofaan afaan goggoysinaa bishaan dhugee haadhufuu boqonnaa kennaafii.

  • @murtessamohammed4054
    @murtessamohammed40546 ай бұрын

    Heduu jaalaladha ❤❤❤

  • @rorastube1439
    @rorastube14396 ай бұрын

    We love hem so much our hero form ilmaan dire ❤❤❤amataa kumaaa nuf jiradhuu ya gaaariii namaa sharma

  • @orotiktokshow7872
    @orotiktokshow78725 ай бұрын

    Let’s go amazing comedian

  • @user-dk8fd1rs2y
    @user-dk8fd1rs2y6 ай бұрын

    I love you darartu too🎉

  • @nasradinok1057
    @nasradinok10576 ай бұрын

    Sharmkee bayee si jalanaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @ibsashekguutte
    @ibsashekguutte5 ай бұрын

    ❤qashtii

  • @JajjabeessaaTV
    @JajjabeessaaTV6 ай бұрын

    Sharmaarke Kiyya, Si Arguu Kiyyatti Gammadeen Jira❤❤

  • @dylangamez53
    @dylangamez536 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dugadaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-tr4jb8hr7c
    @user-tr4jb8hr7c5 ай бұрын

    Dhugaa keeti Wa'e Baarsisaa

  • @jibrailhassen6609
    @jibrailhassen66096 ай бұрын

    Art #Shaarmaarkee_Aadam Nama Jechuun Nama Aartiin Oromoo Online Tahuu Yeroo Jalqabaatiif Agarsiiseedha.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74196 ай бұрын

    ❤❤❤Abbaa dura mooyuu jechuun yoom dhugoomaa dhungoon Shamarraniifis international aswrwb Shamarmakee Adam prank geejjiba walii dabarsa seequu Waaqoo Guutoo Karaan mootii dugdaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Ahmed aswrwb gzx Shaashamba

  • @taajirabdulla5715
    @taajirabdulla57156 ай бұрын

    Sharmarkee damma keenya

  • @user-ps8zu5xb1w
    @user-ps8zu5xb1w5 ай бұрын

    Best man

  • @badhaasaayaassiin8434
    @badhaasaayaassiin84346 ай бұрын

    Wly shermarkii agaarraan karaa waaliif

  • @dylangamez53
    @dylangamez536 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abomsashow7660
    @abomsashow76606 ай бұрын

    Shaarmarke. Nama jabaa artii!❤

  • @Jiruu_tube91
    @Jiruu_tube915 ай бұрын

    Sharuu kiyya

  • @BalisaOroShow
    @BalisaOroShow6 ай бұрын

    Sharmee love ❤❤❤

  • @juhaarkamisee5503
    @juhaarkamisee55036 ай бұрын

    Waliif tv galatooma

  • @Oro.king.430
    @Oro.king.4306 ай бұрын

    Dhuga bayee bareedaa halumma kanan itti fufaa galatoomi ❤🙏🙏

  • @user-qe6bf6yr1w
    @user-qe6bf6yr1w6 ай бұрын

    Galatomaa ❤❤❤❤jabadha

  • @MucaadJibril
    @MucaadJibril6 ай бұрын

    Dhugaa keeti sharmaarkee yaa Rabbi umriii nuufdheereysi

  • @JemalAdem1234-bp3vj
    @JemalAdem1234-bp3vj6 ай бұрын

    Jabaadha ❤❤❤❤❤

  • @MeftahadinAbdella1717
    @MeftahadinAbdella17176 ай бұрын

    Eee wlhi dhugaa keti! Afaan bannee si dawwachu jirra sharmarke keenyaa si jallannaa

  • @user-gg9yb2fb9n
    @user-gg9yb2fb9n5 ай бұрын

    Mashaa Allah sharu kiyaa heduu das jata dhugaa

  • @wallopromotion3491
    @wallopromotion34916 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ sharmake Adam bayee sii jaaladha

  • @callaaawadaay542
    @callaaawadaay5423 ай бұрын

    Saa warii dhalla kuun nama kabajama kanaf biishan hiin kananii

  • @JamaaleeMaammad
    @JamaaleeMaammad6 ай бұрын

    The first comedian

  • @Suusiyye
    @Suusiyye6 ай бұрын

    Sirraa deemaayyu osoo as kessa hojjaatee dhugaaa 🎉🎉

  • @muktarabadiga2738
    @muktarabadiga27386 ай бұрын

    intalli isheen muslimni sun qashtii wahiidha

  • @محمدعلي-خ7ق
    @محمدعلي-خ7ق23 күн бұрын

    ❤❤❤❤

  • @user-vh3fu2xg6t
    @user-vh3fu2xg6t6 ай бұрын

    Wowwwwwwwww namatii tola a akkamalee ilaaluu jaaladhaaa diramaa sharmakkee

  • @kiyyarabirra2242
    @kiyyarabirra22426 ай бұрын

    Galatooma nama ciima waan gudda hojachutti jiru nuf dhiihessu keessaanif❤

  • @KulleeAddunyaa-qz9et
    @KulleeAddunyaa-qz9et6 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Kalid-kp1ul
    @Kalid-kp1ul6 ай бұрын

    Dhugadha wallhii anuu kanini bira dabare isii arge lalee

  • @sorajalala5026
    @sorajalala50266 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @Abdullah-gk8et
    @Abdullah-gk8et6 ай бұрын

    Masha Allah Ijara hafii Qaaxii Qashxii

  • @AbdallaMahammed-wb1op
    @AbdallaMahammed-wb1op4 ай бұрын

    ❤❤

  • @HamidHamid-si2yp
    @HamidHamid-si2yp5 ай бұрын

    baayee gaariidhaa

  • @artgrul6396
    @artgrul63966 ай бұрын

    King of dire dawa comedian

  • @juhaarkamisee5503
    @juhaarkamisee55036 ай бұрын

    Hundi keessanu galatoomaa

  • @badrixaha3116
    @badrixaha31166 ай бұрын

    Bayye namatti tolaa haluma kanaan itti fufaa galatooma❤🎉

  • @ZiyaadOro-po3cu
    @ZiyaadOro-po3cu5 ай бұрын

  • @Tokkumma430
    @Tokkumma4306 ай бұрын

    Baayyee jaalladhe galatooma🥰🥰🥰🙏

  • @Nuuree-v8
    @Nuuree-v86 ай бұрын

    Waw❤❤❤❤ walif mi

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo15916 ай бұрын

    Garuu sharmaarkee umriin isaa meeqa? osoo naaf gaafattanii gaariidha. Maaliif yoo jennan seena dila kana yeroo hangam keessatti galmeessee.

  • @segnieshetu7273
    @segnieshetu72736 ай бұрын

    Waliif ❤❤❤

  • @ramadanhusenramadanhusen9675
    @ramadanhusenramadanhusen96755 ай бұрын

    Respect sharu

  • @janbotube508
    @janbotube5086 ай бұрын

    Sharmaakee baga nageyan dhuftee

  • @CARCARWOOD-po2yl
    @CARCARWOOD-po2yl6 ай бұрын

    Sharmarkee good boy,qophii prank san itti nuuf deebi'aa

  • @user-ew3vv3si8m
    @user-ew3vv3si8m5 ай бұрын

    masha allha 💞💞💘💘💞❤💞💘💞💘🌹🌹🌹🌹😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74196 ай бұрын

    Ummaanni kan keessanii dabarsitanii hin dhageenyee Diraamaan

  • @lalisaaoro9286
    @lalisaaoro92866 ай бұрын

    Naman hedduu dinqisiifadhu sharmarkee adam kabajaafii beekkamtii isaaf malu Oro biraa hin arganne Sharukkaan Oroti inni

  • @freedom7157
    @freedom71576 ай бұрын

    www heduu namati tolaa nuuf jiradhaa gazzixesitootaa tenyaa saboontuf darartuu naafi jiradhaa

  • @user-zt8vs4he8o
    @user-zt8vs4he8o6 ай бұрын

    Sharmarke heddun jaladha ❤❤❤❤❤❤❤

  • @shamiljemal3646
    @shamiljemal36466 ай бұрын

    Bayee isin jaalana jabadhaa

  • @abyatarseyoum2769
    @abyatarseyoum27696 ай бұрын

    Baga wal agarree keessummaa guddaa keeyna❤❤❤❤

  • @MuradMohamedAli
    @MuradMohamedAli6 ай бұрын

    Sharmaarkee ana dhufuu ❤❤❤❤

  • @muallim3548
    @muallim35486 ай бұрын

    Sabo fi sharmarken wal fa fadhan

  • @foysalfoysal4691
    @foysalfoysal46916 ай бұрын

    Sharmarke boss