Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 3
Daawwit olola Tsagga irratti adeemsisu ittifufee jira. Tsaggaan nama ishee deeggaru ni argattii laata? Yaaliin Alam baandii dhaabuuf taasiftu maal irra gaha laata?
Subscribe: bit.ly/2wPney7
Connect with Yegna
Facebook: / yegna
Instagram: / yegna_official
Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
Facebook: / yegna
እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
• ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
• ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
• በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
• ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
• የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
• ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
• በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
YEGNA IS FOR ALL OF US!!
Dear viewers,
We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
- Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
- Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
- your real name (make up a nickname)
- your age,
- your address,
- the name of your school,
- your email address or phone number, or
- any financial information or passwords.
Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' KZread so you can visit under an adult’s supervision.
#Yegna
Пікірлер: 315
Loomii fii akkoon ishee na bochiisanii😭😭😭😭😭abshir kan haadha hin qabneefis waaqayyoo jiraa😥😥😭😭
ሰላም ይብዛላችሁ በያላችሁበት...ኦሮምኛ አላውቅም ግን ስሰማ ደስ ይለኛል ሁሉም የኔ ቋንቋ ነው ሰላም ለኢትዮጵያ ይሁን❤❤❤
@user-uw4vx6nb6u
4 жыл бұрын
ውዴ እሄ በአማርኛ የሚተላለፍ የኛ ታሪክ የሚለው ነው ደስ ይላል ላንቺም ሰላምታሽ ይብዛ
@adisshambel7510
4 жыл бұрын
እንደዚህ ሰላም ያለው ፅሁፍ ደስ ይለኛል ተባረኪ
@hirutgetu9298
4 жыл бұрын
Lababalishe like mirexi
@AaAa-xt2kg
4 жыл бұрын
@@adisshambel7510 ያላለቀፍቅር
@zeinabsbeity8321
4 жыл бұрын
Uuuuuufffffyyyii dhugaa baayee nama tii tolaa ebifama guddaa galatomaa
bay'ee namati tolaa galaatoma❤❤😍😍 barisaa gudaa qabaa kan iti hubatefii namani amala fi obosaa qabuu garidha nama tufachuu hin barabachisuu
@sabontushawa7316
4 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen 👏👏👏👏waqaayyoo gooftan sagalee jirenyaa sii yaa dhaagesisuu baraa tajajilaa kee sif haa dheeressuu mootummaa isaa sihaa tasifatuu ogommaa fii ciminaa isaa sif haa bayyisu dhaaltuu mootummaa isaa siiyaa taasifatuu eebbifamii
@nasirimy1007
4 жыл бұрын
Wwww bay.eer baredaa ani afaan amarifatin lale garuu afaan oromatin dhufuu kesanif gamade
@kidimassoud4414
4 жыл бұрын
💟ehhhh,dhugaakeeti
This actual Drama remainded me that I have come across through. May God bless you all! Maaloo akkan itti isin jaalladhuu! Dhimmi Daawwitiif Tsaggaa garuu namatti dhaga'ama!
@laliseoromia1863
4 жыл бұрын
Maloo bara kana Dhugaa hin jiruu
እንኳን ደና መጣቹ የኛ በጣምነው ምወዳቹ Baga Nagaan Dhufitan KENY Baye Isin Jaladh
@dancesachali4323
4 жыл бұрын
በአማረኞ አርጉት እረ
Oh My God oromifaan dhuftani moo awwww nuf jiraadha maaloo akkan isn jaaladhu 🇪🇹❤🙏🏼
@alainkhairallah1472
4 жыл бұрын
Bayee
@Miskiyyaasheeka
3 ай бұрын
❤
Baay'ee natti toltanitu dhugaa! Jabaadha ❤🙏
Wwooowwo badiyaa biyaa koo jabdhaa isnii jajebesina nutisi ijolee oromo like ittii tobsaa💚🥰💚🥰❤💚❤💚💚💚
Bayyee namati tolaa jabadhaa oromiffaati jijjiruu kessanif isiin jaalannaa 💗💗💗💗💗💗
Bayyee namatii tolaa jabadhaa 🤙💕💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕
Wwwww jabadhaaa bay.ee namatii tolaa oromifanis nuu dhufuu keessan galatomqa hayileen bay.ee natii tole
Baayy'ee namati tola diramaan keessaan jabadhaa baayy'ee siin jalana 💯💯💯💯💯💯💯✔✔✔✔✔
Baga naggan dhuftan hana&lomi.hayile Galtoma ❤❤❤
Jabaadha jajjabee ijoollee kaayyoo waaawwuuu isinittan gammada baay'ee jabaadha
Wow Afaan oromotti jijirtani namati tola itti fufaa
Waaaaaaaw bayyee namati toltuu mamagaalan kooooooo♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ I love you oromtiti koo
ዋው በጣም አሪፍ ነው ቀጥሉበት
Wow baay'ee namatii tolaa dhugaa jabadhaa matii senaa jirenyaa😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Baay ee Baay ee Nama gammachisaa Jabadhu itti fufa Sena gaarii💕💕💕
Bayyee namatii tolaa jabadhaa ittii fufaa
Baay'een jaaladha dirama kessan isin galateeffanna☺️😘😘😘❤️❤️
@siejejue7eueue274
3 жыл бұрын
Bayee namaa tii tolaa
Bagaa naagaa dhuftanii😍😍😍😍😍😍😍😍
wowowowowo bayyee Arifidhaa jabadhaa👍👍👍👍
Bayee namati tolaa jabadha ❤❤
Baay,ebaay,e namatti tolaa eyyamakeessan yoo ta,e itti nuuf fufu dandeessu hadaraa??kutaa4,5,6....😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘💟
Seenan Loomii seenaa koon wal fakkaata yeroon akkoo ishee fii ishee ilaalu imimmaantu na qaba
Jabaadha obboleettii koo hundi keessan
Bada namatii tola itii jabadha ijole kenyaa
Wow baay,ee namati tola jabadha
Bayee namatii tolaa jabadha
Dhugatti hujii gaarii nama boonsu jabaadhaa itti fufaa 💪💪 Garuu sirba afaan oromootiin maaliif hin sirbinee☹☹
Waw bayee namaatii tolaa jabaada
Woww bayye namatii totoo jabadhaa garuu maloo dafatonii diramaa kesan jamaraa
Baagaa naagaan dhuftaani 😍😍
A jajabefamuu qaba hayleen nama garidhaa ❤
Wow bayee das nama jedha jabadhaa 😊😊😍
Bay'ee namti tola dhuga bay'ee jaladha jabadha
Une fille sage et courageuse 😍🥰❤❤🌹
Wwwwwwwww bayye namat toltuu ittii nuuf fuffaa🙋🙋😘😘😘❤️❤️❤️❤️❤️
Bayye namatii toltuu jabadhaa👍
Dhugaa seenaa na bonseedhaa jabadhaa
(A) jajabefamuu qaba. Bay'ee siin jalalan jabadhaa obbollotta keenyaa wanii heduu siin irra barcha jiraa galatomii obbollotta keenyaa siin jalalanaa 💘💘💘💘
Bay'ee namati tola a jabadhaa
heddu namati tola jabaadha
Bayyee Baredaa jabadhaa
Jabadhaa babarreeduwwankoo isinaani jaaladhaa
Baayee galatooma, akkanumatii itti fufaa. Keesaatuu nutti ijooleen biyya arbaa jiruu siritii ittin bohaara jiraa. Hayileen siritii jajabeefamuu qabaa.
@gethigethi1739
4 жыл бұрын
🌹🌹🌹❤❤❤❤
ዌልካም የኝአወች አንደኝወችናችው ቀጣሉበት😘😘
Baayee namati tolaa jabadhaa 😍
Bayye namati tola jabadha
Jabadhaa bayyee namati toltuu
Bayee namatii toltuu dhugaa💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Lomii koo ajajamtuu namaa hundaa bay, een sii jaladhaa eshii❤️❤️❤️❤️💋💋💋💋
Wow gudda galatoma afan oromotti hiku keessanif
akko lomi wan heddun irra baradhe jacha ishera
Nan badee maloo ijolee akka anisin jaladhuu dayit ❤️ hayile ❤️ tsaga ❤️ fiqir ❤️ alami ❤️ anna ❤️lomiye ❤️ bayyeesin jaladhaaaaa
Baye jaladha dirama kessani dasi jedhe👍♥ Yaa biyya ko sin yade😢
Wow diramaa baay'ee ×2 jaaladhu jaabadha👍👍👍👍👍👍👍
እንኳን በደና መጣቹ yegnawoch Ijoolee kana wanan beeku nati fakkate
@AaAa-ht7bo
4 жыл бұрын
Anasi.nayi.fakata
Bayee barsisaa wayiti ❤❤❤❤❤❤❤
Bayeen jalaadhe Rabbii hojii keessaan
bayyee namati tola jabbadha itti fufa barumsa gaarii qaba
Loomiifi akayoon ishee bayee garaa naa nyatuu
Yaaboo tsaggaa sana maaloo garaa nunyaatti akkanatti garaa jabaattanii hin hojjatinaa
ወው ቀጥሉበት በጠም ደስ ትለለቹ
Dhuga bayye namatti toltu yero mana barmsa koo nayadachisa
wow bayee namatii toltaan dhuga itti fufaa
Woww bayee baredaa
Waawww bay'ee namati tolttuu galatomaa
Baayyeen namatti tolaa jabaadha
Deebiiin A taha maaliifii hojiin kamuu tuffatamuu hin qabu dabalataanis saalaan hin qoodamu jajjabeeffamuu qaba hayleen
Jajjabewan keenya Baruumsaf ergaa guddaa qaba Galatoma
Bayyee namati tolaa bayyee sin jaaladha hanaa biyya koo naa yadashitani
Bayyee bareda akkuma itti fufaa
Dhugaa baay'e namatti toltu jabaadha
Wwowowowow bayy'ee namatii tolaa Qaralee bayy'ee isin jalladhaa ✔️✔️✔️✔️🥀🥀🥀🎁🎁🎁🎁🙏🙏🙏🙏
Wwwwww jabadhaa 👌😘😘😘❤❤❤
Ebbiifamii dachaa
.bayee garidhaa A filaadheeraa
Baay'ee Namtii Tolaa💓💓💓💓
Jabadha.diraman.keesaan.bayee.namaa.buarsaa.jabadha💕💕💕💕💕💕
A jajabefamuu qanaa
Wowowo bayee namatii tolaa jabadhaa qomowwani koo ani A filadhaa isnii jaladhaa ❤🙌👏
loomii bareeduu toi💕💕💕💕
Eyeeni jajabeefamuu qabaa siritii
Galatoma barnoota heduu qaba from Yegna hundi keessanu
Good work ,❤️
Bayee Gariidhaa diramaan keessaan dhamsaa Gudaa Qabaa jabaadhaa hamilee garii namaatii horaa
Bayye galatomaa
Heddu namtti tolaa itti fufaa!!!
@tigistigetu7473
4 жыл бұрын
Hedu namatti tola jabaadha
A jajjabefamu fi dinqisifamu qaba💓
Gurbaa daawit kana dandiiratti wolharginaan rabbi isaa baasu
Wowowowow bayee namati tolla
Jabadhaa lammii koo
@oromiyanbiyya9561
4 жыл бұрын
Heddu nama tolla hunda isa silla afaan oromotti debiftani
Dhuga dubachuf dirama keesani bayye namati tola dhugumati barumasa bayyee darbarsa jabadha
Uuuuuuuuuuuffffee maaloo baadiyya biyya koo wwwwoowaa waa.ee koo as keessaa jiraa
Bayyee gaariidhaa ❤
A jajaabbefamu qaba haalen misikina 😘
Bayy'ee namati toltu jabbadha
durumayuu oromifaa bektuu edaa baqaa amaa jaiqabnee isiin fanaa jiraa jabadhaa