Seenaa Hayilee Fidaa Kutaa, 2ffaa situ Afaan Oromoo boollaa baase.

Ойын-сауық

Пікірлер: 13

  • @toleraedosa2321
    @toleraedosa23218 ай бұрын

    Margaa Angaasuu seenaa gootaa addeessuukeef galatoomi . jabaadhu qaxalee keenya

  • @user-zk8bw6eo4l
    @user-zk8bw6eo4l5 ай бұрын

    ❤❤❤

  • @EbisaCharu
    @EbisaCharu Жыл бұрын

    thank you margaa . i love so much your work keep it up. i am wait for you to dig more the history of the legendary oromo's hero , so as to teach the generation more about their hero to remind about their identity love their nation and ormummaa.

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar14772 жыл бұрын

    Beeka akka keeti rabbii nuuf heessumeessu Marga keenya❤ Oromoo koo maal hin taanee biyya san mirga dhabee malee yaa nuyi jedhe haceen😢

  • @bulchaseyoum7174
    @bulchaseyoum71747 ай бұрын

    Gaazexeessaa Margaa Angaasuu Amanaa galatoomi

  • @kaddaakaan6993
    @kaddaakaan69935 ай бұрын

    Margaa angaasuu tokkicha Sagalee kiloolee Seenaa gootota oromoo hundaa nuuf dhiheessi. Siifis Seenaa tahee taa’a. Keessattuu qophii ispoortii kee baayee jaaladha. Itti dabali. Galatoomi 👑✋🏿

  • @NaasirMohammed-pm1mb
    @NaasirMohammed-pm1mb Жыл бұрын

    Magraa yeroo dhtvo jirtu irraa kaasee sin jaaladha goota nama dammaqsu. Sagaleen dammaati ati. Nuuf jiraadhu magraa hambaa jaatanii hundaa yotube irratti nuuf maxxansi maaloo garaa❤❤❤❤❤

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia37368 ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ahmadinsultan9640
    @ahmadinsultan96402 жыл бұрын

    Akasi

  • @oasakarorsa9270
    @oasakarorsa92702 жыл бұрын

    Ana hanyaatu garaatu nagubate.

  • @DineeMahammed
    @DineeMahammed6 ай бұрын

    Marga bayyee sijalata oromon hudi attisi beyte isprti dhifte gara sena oromo fi hayyota oromo irrati hojacha jira errga atti hoji kanati dhufte hedu barane dhuga garu San cinati torbeti saganta isporti 1 nuti dabate

  • @fuefira7090
    @fuefira7090 Жыл бұрын

    Jabadhu marga Kenyaaa..keep it up

  • @ibsaligdi1853
    @ibsaligdi18538 ай бұрын

    Leencota keenya hedduu nu jalaa nyaatte warri .

Келесі