Raayyaa 20ffaa Bifa haaraan

Пікірлер: 479

  • @muazhabibiofficial4689
    @muazhabibiofficial468925 күн бұрын

    Ustazunaa Rayyaa 13 fi19n Jijjirtan heedduu Bareedadha garuu 20 isuma duraaniituu Caala! Osoo dandahamee silaa 11ffaa fi 4fi Sagalaffaafaa nuuf bareechitanii heeddu bareedadha.Kun Yaada kooti!

  • @SalmanAbdalla-vo5sg

    @SalmanAbdalla-vo5sg

    25 күн бұрын

    yaada akkana kaana dhisaa nuti nuf taha wanni ustazni Kenya godhu hundii bareeddudha wly rabbin umri si haa dhereysu yaa Lencaa kiyyaa

  • @abdurahmanjemal7478

    @abdurahmanjemal7478

    25 күн бұрын

    Yaa obboleewwan koo yoomuma waljala laaluu kana dhiifnaa?

  • @Tgjgdhvgfh

    @Tgjgdhvgfh

    25 күн бұрын

    Mashaa allah tabaarakallaa rabbiin umrii kessaan nuf hadheresuu ustaaz keenyaa kabajamoo fi jalataamoo ❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @user-zo7lv2ud4d

    @user-zo7lv2ud4d

    23 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AluumanNasir

    @AluumanNasir

    22 күн бұрын

    Maasha Allah As wr wb yaa ustaza keenyaa wly heddun sin jaalalaana umrii dheraa nuf jiiraadhu . Yaada xiqqo xokko qaba na ofkolchaa yaanii koo saagale keessan baareda kanan akkumaa irraa debitaanii nuf haariyomsaa jiirtaat Otto akkumaa kanan duraa bifaa App ittin iille iddo tokkotii nuf hojatanii heduu nutti tolaa As Wr wb.

  • @tahagame4045
    @tahagame404525 күн бұрын

    Ma Sha ALLAAH Ustaaz rabbi umrii keessan karaa gaarii irratti isinii haa dheeresu,,,,,,Nuuf jiraadhaa...Isin jaalana

  • @jibruukeeoroman
    @jibruukeeoroman25 күн бұрын

    Masha alla ammas bareeda jirtan 🙏😍 20ffaa duraanuu baayyee jaaladha garuu sagalee kama duraantu caala✅

  • @user-qb3ht5qb6q
    @user-qb3ht5qb6q25 күн бұрын

    Maashaa allah tabaarakallah ustaaza keenya rabbiin aalamaa umrii keessan keessa barakaa nuuf haa kaahu💐💐osoon dandahee silkii biraa bitadheen sa'atii 24 manzuumaa keessan banee dhaggeeffadha akka yeroo san isiiinf waa hisaabu waan biraa isiniif gochuu dadhabullee😭😭🌹🌹

  • @amannigussie3617
    @amannigussie361724 күн бұрын

    Ustaaz keenya qaalii kabajamaa fi jaallatamaa wallahi baay'ee si jaalanna nuti maashaa Allaah ammas sagaleen baay'ee wayii namatti tola rabbiin umrii nuuf haa dheeressu RAAYYAA ABBAA MACCAA ❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯

  • @ksaapple5613
    @ksaapple561325 күн бұрын

    Mashaa Allah ustazee umuri nu dheradha Lecaa islamaa usta'aza woollah baye isn jaladha ija hamatu sira ha qabuu Yaa gamesa nama jazaakumullahuu keranii inshaallaah nule nama wa irra baratu, u nuha godhu rabbin tokichii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Haafii_55
    @Haafii_5525 күн бұрын

    Masha allah babaa kenyaa rabbiin umurii keesssaan nuuf haa dheresuu insha allah ♥️🥰🙏

  • @AsiyaaJaamal
    @AsiyaaJaamal25 күн бұрын

    maashaa Allah Ustaz kenyaa umrii nuf dheeradha mee namnii jaalatan like👍 godhaa

  • @murshidakemal2151
    @murshidakemal215125 күн бұрын

    Masha Allah Ustazuna jzk keyran ❤

  • @zakirharun-vq5jq

    @zakirharun-vq5jq

    24 күн бұрын

    Murshi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MahamaadKaadiir
    @MahamaadKaadiir25 күн бұрын

    As wr wb Masha alha tabarakallah Anadhufu baga nagaan dhuftaan ❤❤❤❤❤❤

  • @AyshaE-rv4cg
    @AyshaE-rv4cg25 күн бұрын

    وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته ❤❤❤ Baabaa keenya rabbiin koo umrii keessan nuuuf ha dheeressu ijji hamtuun isin hin argiiin🤲🤲🤲

  • @mohammedismael3426
    @mohammedismael342625 күн бұрын

    Masha'Allah Rabbiin Umuurii siin haa dheerressuu

  • @MuhidinJibiril
    @MuhidinJibiril25 күн бұрын

    Mashaallah ustaza Kenya umurii waga kumataman nufjiradhaaa❤❤❤❤

  • @awolabdu8707
    @awolabdu870725 күн бұрын

    masha Allah kenyaa rabbiin umurii keesssaan nuuf haa dheresuu

  • @nooraldeen9869
    @nooraldeen986925 күн бұрын

    Masha Allaah ustaz Rabbiin umrii sin hadersuu 🥰🥰🥰

  • @user-zz3zu1ws5n
    @user-zz3zu1ws5n25 күн бұрын

    rabbiin umrii kee haa dheeressu ustaaza keenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @አላሀምዱልላ
    @አላሀምዱልላ25 күн бұрын

    ማሻአላ ማሻአላ ማሻአላ አላህ እድሜ እና ጤናጋ ይጠብቆት የኔ ኡስታዛችን

  • @user-br5ri6lg4u
    @user-br5ri6lg4u24 күн бұрын

    Masha Allha

  • @user-th9lp3yz5j
    @user-th9lp3yz5j25 күн бұрын

    Ustaza Keyna qali we Love you so much I wish you long life our beloved DR.Rayyaa ❤❤❤❤

  • @anwar-osman00
    @anwar-osman0025 күн бұрын

    Maasha Allah ❤️ ❤️ Yaa Ustaaz Rayyaa Abba Maccaa Walhi Sin Jaaladhaa ❤ Rabbiin osoo si wajjiin Wal hin argin Nan ajjeessin ❤❤❤❤❤❤❤ Maal ko Siif Ta'u❤

  • @aniyaahimed3479
    @aniyaahimed347925 күн бұрын

    woow dadiikoo masha allah❤️

  • @FurtuEntertainment
    @FurtuEntertainment25 күн бұрын

    Masha Allah umrii nuuf dheeradhuu 🙏 my King ♥️

  • @amarhussien-2024
    @amarhussien-202424 күн бұрын

    Maashaa allaah ❤ Ustaaz Raayyaa Umrii keessan nuuf haa dheeressu Rabbiin!Yaa Urjii Islaamaa! Rabbiin isinirraa nuuf haa qabu hamaa!!!!

  • @user-rj4sx6qo7u
    @user-rj4sx6qo7u25 күн бұрын

    Masha Allah rabini Kiya umiri si hadheresu inisha allaah❤❤❤

  • @user-vx5ul1fc5z
    @user-vx5ul1fc5z25 күн бұрын

    Maashaa allaah yaa raayyaa keenya. Yoomumaan siin wajjiin taa,a hedduu sifedha wallaahi gandi keenya hundi si jaalatan

  • @user-mv7oj3dr6r
    @user-mv7oj3dr6r25 күн бұрын

    Maasha allah baga nagahaan dhufte❤❤❤❤❤

  • @abumusa859
    @abumusa85925 күн бұрын

    Rabbi umrii keessan nuuf haa dheeressu ustaaza keenya ❤

  • @user-lh5pv6xc8m
    @user-lh5pv6xc8m25 күн бұрын

    Mashaa Allah Mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hiyyuumanbiyyanubasee
    @hiyyuumanbiyyanubasee25 күн бұрын

    masha Allah❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @marwankamal8417
    @marwankamal841725 күн бұрын

    Wow m.a allaah ijaraa nuu hafi Raayaa abbaa manchaa sirra haa jalatu

  • @yosoro9793
    @yosoro979325 күн бұрын

    Masha Allah 🎉 Ustaaz keenya Lakk. 20ffaa kana baayyeen jaalladha duraanuu hin quufamu

  • @aishaaisha6968
    @aishaaisha696825 күн бұрын

    Mashaa allaah Taabaraak allaah nuf jiraadha ustaaza Kenyaa 🌹💕🌹💕🌹💕🌹💕🌹💕🌹💕✅️

  • @afrahnasraddiin9591
    @afrahnasraddiin959125 күн бұрын

    Ustaaza abaa qudaamaa ykn vol 11ffaa nuuf haarayomsaa jzk 👍👍

  • @KelilHussein
    @KelilHussein25 күн бұрын

    Mashallah yaa rabbii nama kan urmii nuuf dheeresii

  • @Juweriiya
    @Juweriiya25 күн бұрын

    Mashallah Mashallah rabbin umurii kesan adheresu

  • @AsAs-ub8xq
    @AsAs-ub8xq25 күн бұрын

    Maasha allah tabarakalah jabba kenyaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @AminaIman2621
    @AminaIman262125 күн бұрын

    ❤❤❤ Hayyuu Keenya Rabbiin Umrii Kee Nuuf Haa Dheeressu. Nus Rabbiif Jecha Si Jaalanna.

  • @awwolxayyib3549
    @awwolxayyib354925 күн бұрын

    Maasha, allha ❤❤❤

  • @AsnaaShabuu
    @AsnaaShabuu25 күн бұрын

    Mashaa allaah Mashaa allaah tabarakallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @85.Ahmed-A
    @85.Ahmed-A25 күн бұрын

    Maashaa Allah Tabaarakallaah Uztaazii sagaleen keessan attract nama godha

  • @Sumaya-yi1yk
    @Sumaya-yi1yk25 күн бұрын

    Masha Allahaa ❤❤

  • @mubarakabdurauf5501
    @mubarakabdurauf550125 күн бұрын

    Masha Allah baba ko❤❤❤

  • @user-kk1iy6gs5x
    @user-kk1iy6gs5x24 күн бұрын

    Mashaa alla Mashaa alla tabrakaal rabbiin isinrra haa jalatuu SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdu7531
    @abdu753110 күн бұрын

    Mashallah great voice 😢

  • @foziijimaa2080
    @foziijimaa208025 күн бұрын

    Masha Allah Masha Allah ❤❤

  • @khadirAbdusalam
    @khadirAbdusalam25 күн бұрын

    Mashalhaa

  • @user-tl8bd6ql1g
    @user-tl8bd6ql1g25 күн бұрын

    Mashaa allah heduu natti tole

  • @user-eq7kg2wh7u
    @user-eq7kg2wh7u25 күн бұрын

    As wr wb mashaa allaah Mashaa allaah

  • @fabdallaa939
    @fabdallaa93925 күн бұрын

    Amazing sound ❤

  • @SurprisedBoombox-it2bd
    @SurprisedBoombox-it2bd25 күн бұрын

    Mashala mashala tabrakah 🥰😍👈😍

  • @KadijaaJamal
    @KadijaaJamal25 күн бұрын

    Mashaa allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @qama1234
    @qama123425 күн бұрын

    Maashaallaah maashaallaah tabarraakah rabbiin umurii kesaa haa dheresuu ustaaz ❤❤❤❤❤❤❤

  • @kadeBakar
    @kadeBakar25 күн бұрын

    ❤❤❤Masha Alha Ustaz Walay Rabbumaf jechan Hedddu sii jalladha umriii nuf dheradhuu

  • @KadijaaJamal
    @KadijaaJamal25 күн бұрын

    Mashaa allah Mashaa allah

  • @mahammed12
    @mahammed1225 күн бұрын

    Wa wr wb Maashaa ALLAAH umrii dheertuu fayyaa gaarii milkii Addunyaafi Aakhiraa siif haa khennu ustaaza kheenya qaalii Rabbii jechaan sijaaladhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-rx5bc3ud3s
    @user-rx5bc3ud3s25 күн бұрын

    Mashaa Allah ❤

  • @safahiJabal
    @safahiJabal25 күн бұрын

    Mashallaa

  • @maslulmohammedofficial9785
    @maslulmohammedofficial978525 күн бұрын

    حفظك الله ورعاك ومتعك الله بالصحة والعافية وطول العمر حبيبي

  • @intalaaarsiishkiraa9784
    @intalaaarsiishkiraa978424 күн бұрын

    Sallallahu Aleyhii wasallam 🥰🥰🥰

  • @abadirmuktar6539
    @abadirmuktar653925 күн бұрын

    Mashaa allaa jabadhu rabiin ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @m-jginnir8627
    @m-jginnir862725 күн бұрын

    Leenca oromiyaanii biqilchite umrii nuuf dheeradhuu ❤❤❤❤❤❤

  • @BonsaxpBedri
    @BonsaxpBedri25 күн бұрын

    My big father ❤❤❤❤❤ umrii na dheraadhuu babaaa I'm proud of you

  • @BonsaxpBedri

    @BonsaxpBedri

    25 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @MusabOro-ee1xp
    @MusabOro-ee1xp25 күн бұрын

    Masha Allah hedduu namatti tola ustaaz

  • @user-es9hc7ms4l
    @user-es9hc7ms4l25 күн бұрын

    Mashalah ❤❤❤🎉 tabarakalah Rabiin umuriidhera sif ha kenuu ❤️ ustaz qalii namaa siiraa tolaa

  • @MAAYAATUBE2862
    @MAAYAATUBE286225 күн бұрын

    Masha Allah kaaseti/kaasita ke hunda sagaleen nuuf hariyomsi jzkl

  • @obsajamal3820
    @obsajamal382025 күн бұрын

    Masha allah ❤❤

  • @KadijaaJamal
    @KadijaaJamal25 күн бұрын

    Mashaa allah

  • @Mahersiraj
    @Mahersiraj25 күн бұрын

    Ustaaz baay ee isin jalladha ❤❤

  • @neziftube
    @neziftube25 күн бұрын

    Maasha allah

  • @callaabdulnasir4886
    @callaabdulnasir488625 күн бұрын

    Masha Allah nice voice

  • @abdiinkooRabbii-os1ol
    @abdiinkooRabbii-os1ol25 күн бұрын

    Mashallaah ❤❤❤❤❤❤

  • @oftahitube
    @oftahitube25 күн бұрын

    ❤❤❤❤masha allah ❤️

  • @ASHAATUBE
    @ASHAATUBE10 күн бұрын

    Mashaallah taabarkalla raabin umirii keesani haa dhereesu baba keenya ❤❤❤❤🎉🎉

  • @FaxumaAbabiya
    @FaxumaAbabiya25 күн бұрын

    Maassha Allah tabarakallah ❤❤❤❤❤❤❤

  • @Abdi-hj4zy
    @Abdi-hj4zy11 күн бұрын

    Mashallah bayye sijallanna ustaz akkaminu baastu sirra bareeda garu isa jalqabaatti hin qixatu.

  • @user-ct6hd1ct5x
    @user-ct6hd1ct5x25 күн бұрын

    Masha allh tabarakallh ❤❤❤

  • @HalimaKaweit
    @HalimaKaweit25 күн бұрын

    Mashala Rabin wan isin 🎉❤❤❤❤

  • @jamboobest6389
    @jamboobest638925 күн бұрын

    Masha Allah Rabbiin umurii sihaa dheeressuu

  • @Qamaru-sg8mi
    @Qamaru-sg8mi22 күн бұрын

    Mashallh ustaaz keenya qaalii ijaa ummata muslima umrii nuf dheeradhuu

  • @intalaaarsiishkiraa9784
    @intalaaarsiishkiraa978424 күн бұрын

    Mashaa Allah TabarakAllah utsaza keenyaa Jzk keeyran ❤️❤️❤️🥰🥰

  • @user-vg8bk2oc7z
    @user-vg8bk2oc7z25 күн бұрын

    Masha Allah ❤❤❤❤❤❤

  • @AbdulakiimBadiru
    @AbdulakiimBadiru25 күн бұрын

    Maasha Allah Maasha Allah

  • @anwar-osman00
    @anwar-osman0025 күн бұрын

    Maasha Allah ❤️ ❤️ ❤️

  • @madenamadeena7473
    @madenamadeena747325 күн бұрын

    mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah❤❤❤❤❤❤

  • @AbdoRayya-tm3ef
    @AbdoRayya-tm3ef25 күн бұрын

    Masha allah Rabbi uumri isiin haa dhereessu

  • @Waliifgeneration
    @Waliifgeneration25 күн бұрын

    As wr wb maashaa allah sagalee 16ffaa haaromsi yaa uztaaza

  • @abdomammanuur
    @abdomammanuur25 күн бұрын

    mashallaha❤❤

  • @user-we6pq7xn2c
    @user-we6pq7xn2c25 күн бұрын

    Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MuzamilAfqadir
    @MuzamilAfqadir25 күн бұрын

    Mashaalah ustaz Kenya jalatama umrii nuf dheradha

  • @user-kg8dh3rp6n
    @user-kg8dh3rp6n25 күн бұрын

    ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء Rabbin Humurii sin hadheresuu ustaza kabjama nama ❤❤❤🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀📚📚📚🕋🕋🕌🕌💯💯💯✅✅✅

  • @RaayanZeenu
    @RaayanZeenu25 күн бұрын

    Masha'allh Masha'allh Masha'allh Masha'allh Masha'allh Masha'allh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @naiimbiyyaa1811
    @naiimbiyyaa181125 күн бұрын

    Masha'aallaa

  • @muneabdu
    @muneabdu25 күн бұрын

    Mash Allah mash Allah ❤❤ mash Allah mash Allah Babbakoo galatamaa ulufadha Bayyee baredaa nu jiradha 1000❤❤ mash Allah

  • @safwol1483
    @safwol148325 күн бұрын

    Ustaaz keenyaa rabbiin umrii haa dheereesuu

  • @zamemuhemed3680
    @zamemuhemed368024 күн бұрын

    Masha Allah tabarkallah lvu Ustazii❤

  • @user-gz3xv9hr4m
    @user-gz3xv9hr4m3 күн бұрын

    Mashallah tabarkala Mashaa tabarkala Rabbi isni umri hadgrsu

  • @awwolxayyib3549
    @awwolxayyib354925 күн бұрын

    Bifuma kanaan 10 ffadha gadi osoo nuuf haromsame bayye natti tola ❤

  • @user-zx5qf8px2t
    @user-zx5qf8px2t25 күн бұрын

    Mashalaa tabrk Allaa

  • @salehsaleh6560
    @salehsaleh656025 күн бұрын

    Masha allah masha allah masha allah

  • @hamzaxahaofficial9136
    @hamzaxahaofficial913625 күн бұрын

    Wallaahi sagalee yeroo hundan quufamne joollummaa na yaadachiifte 😢 alhamdulillaah