Prank Madaabara - Nama Karaa Deemu Dagachiisanii Madaabaraa Matarraan Itti Gad Kaayuu Koflaan Dhumne
Prank Madaabaraa Kan Heedduu Nama Kofalchiisu #RorasTube Irratti
Facebook Page Link / roras-tube-10678322100...
Telegram Channel - telegram.me/Roras12345
Subscribe to our Channel
Пікірлер: 430
Kkkkkkkk oromo ist my friends and brother ani somale lkn isiin jaladaa oromo tiiyaa jiiradaa jallalaan Masha allah hedu nama tolaa Masha allah best moves❤️❤️🌹👌💯
@sexiesteverever6475
4 жыл бұрын
kzread.info/dash/bejne/qIqWuttmqKTXoaw.html
@rahmajamal5517
4 жыл бұрын
Nutiis sii jalana the first best Somali
@artstabdiitube2702
3 жыл бұрын
Qaaniidha bar nubirati harka iliillii Bira kesse naf ergite sun
@AbdiiGoofta
2 жыл бұрын
Abdii maatii nafii tayii
Mashaa'allah tabarkallah baay'ee namatii tola uufffii garaan na dhukkubee ajaa'iba kan haree irraa kufee suni Yaa Allah
Ijollee oromoo martuu like tuqaf mee
@sexiesteverever6475
4 жыл бұрын
kzread.info/dash/bejne/qIqWuttmqKTXoaw.html
Umanii dhakan sii dhaya of egadhu wallahi 🙄😂😂😂
@sexiesteverever6475
4 жыл бұрын
kzread.info/dash/bejne/qIqWuttmqKTXoaw.html
Walhi baye namati tola pirnkini kee mashalla tabarkallaa itii jajabadhuuu utu nafii danidahameee ala 1000 sifi godha liki sub si godhera iti jabadhuu
Wawww prank hedu harifa wly amir Kenya prank akana nuf gadhiftu mashalhhhh prank ira bareda akanumati iti nuf fufi
@yadanobiratube
2 жыл бұрын
Maatii nuf tahaa
Wow top pranki dha dhugaa nufu jiradhu
Wayyoo garan naa dhukkube malo💝
Amiiirii kiyya jabaadhuu bo akkatti ummata Kee barsifadhuu
Ammiro ummani oromo kuni gowaa dhaakan sii dhahaa egadhu wlh😂😂😂
Isaa harree irraa kufe sana 😢😂
@mositube3622
3 жыл бұрын
kzread.info/dash/bejne/oqt9xsmHpJPOXZc.html
Roras tube my best choice 🤘🤘🤘🤘 that 👉👉refresh our community,nuttuu marse eggaa roras tube maaltu jeqaa 👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊😪😪
Wow ofi egadhu please kaa motoraa gaarii gonee osu namale dhayee jabadhu
Hojii Bareeda Akkanaa hojjadhaa Dhugaa amiir jabaadhu bro
Garu bareda ture Nama konkolachisu irrati dalaguni sirr miti mee wori naa degartani like nafi godha
Wowwww tokkoffa roras
Wollahi bayyee nuu kofalchiste galatoomii
Bayye namati tolta amirrrrrrrrrr jabadhuuuuuuuuuu
Wow heddu ittin bashananee gaallatomii ⚘⚘💞💞💞👍
Hedduu natii tole roras kenna ittii boharee jirraa
Wooow hedduu namattola jabaadhu amiiroo
Kkkkkk koflan gara na dhuubsiite galatomi roras
Baayyee nama kolfisiisa jabaadhaa isiniiin jenna..
Bareedaa Pank kee itti fufii 👍👍👍👍👍
Wowww baay'ee nama gammmachisaa . Itti fifii
Kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk dhumnee wallahi gurbaa mucaa qabee lafan dhawee sanii heduu naa khofalchiiseee 😂😂😂😂😂😂😍😍😍😍😍 mucan khan madabara dhitee sah khan waa kheysaa jiraan sahee samiiraa natii gad butee ja'ee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 jabadhuu amir show
Woyii karanii naa dhukubee koflanii Hojatee Amirroo
Kkkkkkkkkkk uuuuuuuuuffffffff garra koo bayee namatii toollaa garuu pirrankii nama walitii buusuu hin hoojatinaa hadaraa
Kkkkkkkkkkkkk baay'ee namattii tolaa 🐯👏👏
Roras umani dhagaan dhahee siin gonbisin because this prank is dangerous lol
Walhii pirak Ajaibatii Akamii Heduu Namaa Boharsa jabadhuu Haluma kananii ittii Fufii❤❤😂😂😂
Prank jechuun akkasii malee ummanii prank hojjanaa jedhaa maqaaf garuu duraa wal mariyatanii hojjatuu RORAS prank akkasii nuuf dabalee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👍
@ayanjalalaa6458
4 жыл бұрын
Kkkkk
@ayanjalalaa6458
4 жыл бұрын
❤❤❤❤👌
Well come
Kkkkkkkkkkkkk Kkkkkkkkkkkkk Wwwwwwww Biraan kiin Hedduu Namatti tolaa ganaa fillee jidduun itti nuuf yaadi siin jenna.
Kkkkk akkana kofale hinbeeku amirrr kkkk jalatama keenyaaa
Wayyo osoo kolfuu garan naa dhukubee😂😂😂👈
Kkkkk wayyoo kolfaan du'ee wly qo'ii kaan mandabariichaa hurgufaa olee sun watuu waqaa naa bu'ee se'ee🙄🙄🙄🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Wowo heeduu namaa boharsitaan Galaatomaa horaa bulaa deebanaa Qomoowwaan koo
Jabadha heddu namati tola
Guyaa birasi iti nufi debisaa garuu bayee rebatani mati toltuu iti fufaa 😍😍😍😍😍😍😍😍😄
Heduu nama tolaa wly Amirii ♥️♥️♥️♥️👌👌👌👌
@AbdiiGoofta
2 жыл бұрын
Siftanan maatii nafii tahii
Uuuuuffffff garaa kiyyaa kolfaan dhumineee
Mashaa Allhaa hedduu namatii toola
kkkkkkkkkkkkk heduu namattii tollaa kan birras edaii halumaa kanan.
Kkkkkkkk uuuuuuuu Amir kolfaan dhumnee maloo of egaadhu
Roras kenya koflaan Dhumne😂😂😂
Namah motorah demuhu akas godhun likihi mitihi lubu sanihi . Hoguhu tabatan walahah egadhah jolehe tenyah akah walihi minehee 🙏
Hhhhhhh Amiro an amman if arkemi gurbaan lakkan dhahinsan na laboobe.ogga lafatti na darbu san.way hojii te moo 😁😁na dhukkuba amma wanin hakiman dhaqu akawonti tiyaratti naf as naqi.🤣😂
Kkkkkk kofla dhumnne ani waa hunda caalaa pirank kun hedduu natti tola jabaadhaa❤❤❤❤
@hasenaahashimi7946
4 жыл бұрын
Wwwwwoooo kolfaan dhumine badaa barannaa muuccuqii kaa
As wr wb Masha Allah Tabarak Allah Jajabadhaa kkkkkkkkkkkkkkk
Abboo garaa kiyaa ummata caalaa sittuu na kofalchiise akka maraattuu karaa keessa gulufda 😆😂😂🤩
😁😁kolfanin duhe an wahllahi kkkk so funny
waaaw amirsho nuf jiradhu
jabadhu laki sifi godhe kino ani harayaa dirama ketifi
Ittii fufii kan aja'ibaati 👍👍😅😅😅😅😅😅😍😍😍✅
Jaabadhuu yaa obblleessaa kiyya qalii
Good Joob 🙂😍👌
Kkkkkkkkkkkkkk garaa nama dhugubsaa jabadhu
Kkkkkkk prank eduu baredaa
Dhugaa akka hardhumaa kolfee hin beekuu dhugaa 😁😀😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😃
Kkkkkkkkkk dhirtii takee ibboo 👍
Baay.ee sii yanne baaga naagayaa dhufite amirsho Kkkk
omg 😂😂😂😂😂😂😂 heduu nama bashanasisaa iti fufaaa
Prank hojena jetaniti dhumtu waaaaa kkkk nuti esati bena prank amaa bare male kkkkkkkkkkkkkkk
I love you prank 😃😃😃😃😃😃😃😀😀😂😂😂😂
I love you 😍 prank
Wly bayee namatii tolaa
Kkkkkkk koflaa qabdaa Yaa Amiir sho
Kkkkkkkkkkkkkk waan bareedadha amir
Haraam aleek yaa amiir 😃😃😃😃😃
wayyiii garaa kiyaa koldan dhumnee 😂😂😂😂😂😂😂Garuu tasaa dhagaa mataa si kayanii eegadhuu❤❤❤❤
@jdufgjfudg824
4 жыл бұрын
Wayo gara ko kolfii naa ajesee 😀😀😀😀😀😀😀
Haayyota baadiyyaarraa dhufaniin hin tapaxinaa isaan ifiifuu miilaan cinqamaa asgahanii ifitti akka hirrifachiifne rabbbi sindhiisuu
Kkkkk wa dhumne barana khoflaan 😁 kabalaa gurra isin gutee kiyyan safaxa hn beyne toko kkkkk uuuuy
Kkkkkkkkkkkkk Baye namati Tola itti Fufii
Bayye nama kofalchisa dhuga 😍
Waaw piraanki ajaa'ibaati dhugaa
Mucan dhitichaf kabala siti kene sun kkkkkkkkkkkkkkk sabbona duratiti
Aboo amir kiya kolfan garaa nuu dhukkubsitemii jabadhaa
Wallahi ilkeee sirra cabaa if egadhu amiroo
@NadeemKhan-um3rm
4 жыл бұрын
Kkkkkk
@yadanobiratube
2 жыл бұрын
Maatii nuf tahaa
@yadanobiratube
2 жыл бұрын
Maatii nuf tahaa
Itti jabadhaa
Wayyoo garan koo nadhukube 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Hayyaamaa maale maadafara nati kayyaa🤣🤣
Wwwww kkkkkkkkk walahi baye nati toleee
Nama meeqa waalochifite 😁
Wayoo garaan naa dhukubee K kkkkkkk 😃
Hedduu Nama kofalchiisa
😂😂😂😂Maloo garan gubane kolefan😂😂😂
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Hojii ke namii harera kufiftee
Hhhhhhh Jabadhuu bro
Takka akka arrati hin kofalee
Kkkkk roras kenya koflan dhumane
Kkkkkkk dhuga kolfani gara nadhukube yero jalqabafani si ilale jabadhuu
Hayamaa kiyya malee je'ee bar inni maali beeka silaa prank akkana
Kkkkkkkkk way gara koo numan kolfee
Baay'ee namati tolla jabadha
Kkkkkkkkkkkkkkkkk jabadhu Amiro
Ani du'ee maloo kolfaan😅😅😅😅😅😅
Hojjin kessan barredda, bayyee nama bashananissisa 👍🏽👏🏽👏🏽💯garuu covid-19 😷😷nama irraa namatti HiN facasnee. Wan dhibbe kanaa dagatan fakkatan
Kkkkkkkkkkk yaa amiir koflaan nufixxee
kkkkkkk garuu kan motoraa san akkas godhun gariimitii