Our Wedding | Dr Nafyad and Ayantu | Cidhaa Dr Naafyaad part 1 | ሰርግ|

Ойын-сауық

#wedding
#cidha
#serg
#aruuza Dr Naafyaad
Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Пікірлер: 637

  • @barkotbarni2445
    @barkotbarni24455 ай бұрын

    ዋውውው !!!! እንኳን ደስአላችሁ!!!🎉🎉🎉 እንክን ጌታ ለዚህ ቀን አበቃችሁ!!!!❤ “ስለዚህ ሰው አባቱንና እናቱን ይተዋል፥ በሚስቱም ይጣበቃል፤ ሁለቱም አንድ ሥጋ ይሆናሉ።” - ዘፍጥረት 2፥24

  • @proggenius2024
    @proggenius20245 ай бұрын

    Wow Dr. Nafyad, I'm now your huge fan. What a beautiful wedding ceremony! Sending lots of hugs :) Rabbi gaa'ela keessan siniif haa ebbisu. Nama boonsitu.

  • @user-xo8jn6tu2w
    @user-xo8jn6tu2w5 ай бұрын

    Really amazing. What a blessing!. Congratulations!!

  • @adisrago7080
    @adisrago70805 ай бұрын

    Wowww naf yadi baga guya kana gesani baga waqayo isin gargaare❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯

  • @siifaantube5427

    @siifaantube5427

    5 ай бұрын

    Matii naf ta'i ❤

  • @user-ct7sr2rz3t

    @user-ct7sr2rz3t

    5 ай бұрын

    Bareduu mucas❤🎉❤

  • @YadiiMaan

    @YadiiMaan

    4 ай бұрын

    Iloveyou

  • @mamitugeleta3752
    @mamitugeleta37525 ай бұрын

    Wow amazing ceremony! May God almighty take all the glory! I bless your marriage in the name of jesus christ of Nazareth! Stay blessed forever!

  • @kennaashawaa.9955ambo
    @kennaashawaa.9955ambo5 ай бұрын

    Wow akkam baredduu Dhuga bagaa siin ga'ee naf yadi kenyaa bayyee siif gamanee oraah bulla🌷🌷🕊️🕊️🙏🙏

  • @user-qx1tg5oi5t
    @user-qx1tg5oi5t5 ай бұрын

    amazing baga ittin si gahee Dr. mana faarfannaa siniif haa tau ammayyuu. jajjabaataa namaa. congra

  • @tamirudame9219
    @tamirudame92195 ай бұрын

    Dr. Nafyad and Ayantu, congratulations on your special day! I wish you both a lifetime of love, joy, and abundant blessings as you begin this journey together🎉🎉🎉

  • @samuelabate2904
    @samuelabate29045 ай бұрын

    Amazing wedding Amazing place chose for this best ever wedding Wish better life for both dr and his partner

  • @AbdisaAbdulkadir-fm3po
    @AbdisaAbdulkadir-fm3po5 ай бұрын

    Woow 🎉❤🎉 It's interesting & really liked it! Have a long life & bright future together! 2ta'aa ciisaa 3ta'aa ka'aa🎉

  • @user-io5mi5wn6p
    @user-io5mi5wn6p5 ай бұрын

    Wowow Dr nafiyad bagga rabbin guyya kana si gesise Dr Kenya masha allah tabaraka allah hora bulaa

  • @MimiDanye
    @MimiDanye5 ай бұрын

    Waaqayyoo ini gaa'eela namafi kenuu Haa eebbifamuu yesus gooftaadhaa ❤❤❤❤

  • @missabyssinia2293
    @missabyssinia22935 ай бұрын

    My beautiful people! May God bless your union! 🙌🏾🙌🏾❤️

  • @Zayid-zx5zh
    @Zayid-zx5zh5 ай бұрын

    Wooo bagaa gese hadhookoo ebbifaamii dachaa ayyaanii waqaa sif ha bayaatuu bagaa gamaadanii

  • @ahme9759
    @ahme97595 ай бұрын

    እንካን ደስአላቹ እግዛብሔርይመስገን ለዚቀን በቃቹ አሜን።❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hayatshelilabedesa1373
    @hayatshelilabedesa13735 ай бұрын

    Woww wooww Woww amazing wedding ijarra hafaa wollah

  • @dagyman936
    @dagyman9365 ай бұрын

    Waaqayyoon chidha abrahaamiif saaraa siniif haa godhu Doctor sin jaalanna qaalii namaa❤❤ umrii dheeraa jaalala rabbii waliin siniifan hawwa❤❤❤❤❤

  • @haneyabdela6609
    @haneyabdela66095 ай бұрын

    Congratulations 🙌 🎉dr this amazing weddings and good friends

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom11375 ай бұрын

    Woooww dotor iyee congratulations 🎊 👏 💐 umuri dheeraa wajjin jiradhaa ari wajjin filadhaa waggaa hardha ilmaa kasuti badhaa

  • @eebbaafbeekootube
    @eebbaafbeekootube5 ай бұрын

    Gaa'ela fakkeenya ta'u isiniif haa ta'u.

  • @astermekonnen9340
    @astermekonnen93405 ай бұрын

    እንኳን ደስ አላችሁ መልካም ጋብቻ ❤❤❤❤❤❤

  • @BiftuYonas-l3o
    @BiftuYonas-l3o7 күн бұрын

    Wow አዩ በጣም ነው ምወድሽ የኔ ቆንጆ🥰🥰🥰🥰ዶክቴርም🥰🥰🥰👏👏💖💗💓💓💓💖💖💖💖💗❤❤❤❤❤

  • @selamademsung5995
    @selamademsung59955 ай бұрын

    እንካን እግዚአብሔር እርዳክ መልካም የትዳር ዘመን ይሁላችሁ❤

  • @user-zn1xo2yf3z
    @user-zn1xo2yf3z5 ай бұрын

    Congratulation GOD bless your Marriage ,I have great respect for you !

  • @AMMON2nd83
    @AMMON2nd835 ай бұрын

    Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉Happy wedding for you!!!!

  • @bisra7025
    @bisra70255 ай бұрын

    Congratulations 🎊 👏 💐 🥳Happy Wedding ❤❤❤

  • @obseedinqii2315
    @obseedinqii23155 ай бұрын

    Wowwwoo baay'ee namti tola dhugaa bagaa waaqayyoo siin gargaaree hora bulaa waajiin ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @deboradebora3543
    @deboradebora35435 ай бұрын

    Wowowowowo ijarraa afaa nuuf jiirraadhaa baabbaarreedoo qaaqaallii waaniii kenya bagaa gaammaadee dokator keenyaa horraa bulaa ❤️❤️❤️❤️❤️👍

  • @almaztesfa1039
    @almaztesfa10395 ай бұрын

    ❤❤❤❤Wwwwwooohora baay'edha, jiradha Kan Abiraham fi saraa isif haa ta'uu

  • @Maariyamtube
    @Maariyamtube5 ай бұрын

    Dr. Baga geessaan bara garii isiniif yaataa'uu horaa bula🎉🎉🎉

  • @waaqayyoogudadhamalo6475
    @waaqayyoogudadhamalo64755 ай бұрын

    Wow wow wow bagaa waaqayyoo ittin isiin ga, ee dhugaa bayyee namati toltuu dhugaa umurii dheeradhaa ❤❤❤❤

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam49685 ай бұрын

    DR Ga'ilaa Ebbifama siifaa ta'uu🥰🥰 Maaloo shammaraan keenyaa ufaannaa keessan sirreffadha sirreffadha mee uuma keessan sodaadha

  • @lensashawatube2596
    @lensashawatube25965 ай бұрын

    Wwwwwow bagaa Kanan sigahe Dr Waqayyo ❤❤❤

  • @kenenibedada539
    @kenenibedada5395 ай бұрын

    Wawwwww baayee namatii tolaa dhugaa waaqayoo bagaa gamadee Dr kenyaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @faituuwaariqu4105
    @faituuwaariqu41055 ай бұрын

    Wwwwwooooo ba'yee namati tolaa dhugaa bagaa gamadhan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @adisutaye344
    @adisutaye3445 ай бұрын

    Waaqayyoo Baga kanaan si gahe Dr Baga milkoofte ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @weynishet7857
    @weynishet78575 ай бұрын

    Dr ,bagaa isiin ga'ee bagaa gamadaani waaqayyoo gaa'iillaa keessaani isiif haa ebbisuu🎉🎉❤❤❤❤ gaa'iillaa kani Abraham fi saraa isiinf haa tasisuu🎉🎉🎉

  • @user-ro8kx1fi8i
    @user-ro8kx1fi8i5 ай бұрын

    Wwwwwww baga waqqayo isinin, gae gaila, Sara fi, Abraham isinif yaa godhu ❤❤❤❤❤

  • @thebigcreatorr
    @thebigcreatorr5 ай бұрын

    Jaalladheerra❤❤❤. Gaa'ila Waaqayyo Eebbisee isiniif haa ta'u!!!

  • @likkeemekonin8288
    @likkeemekonin82885 ай бұрын

    Congratulations Doctor Bagaa waqaayoo gooftaan kanaan isiin gahee.

  • @EboRebira
    @EboRebira5 ай бұрын

    Woow baga gammaddanii Dr keenya waliin horaa bulaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @cgvb6766
    @cgvb67665 ай бұрын

    Woooow baga geessan Doctor keenya siniif gammadeera dhugaa

  • @leylaabduro210
    @leylaabduro2105 ай бұрын

    Wowww congratulations 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤ bagaa gamadanii horaa bulaa

  • @mekedaskebeta683
    @mekedaskebeta6835 ай бұрын

    Bagaa isif ta'e Waaga kanaa gaalata biraan kotaa Ebifamaa, kaaalati hundumaan❤

  • @SifanGeda
    @SifanGeda3 ай бұрын

    Wow Amazing...... Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @bm6056
    @bm60565 ай бұрын

    Congratulations Dr .beautiful wedding ❤❤❤

  • @SummayyaummuuAmmaar
    @SummayyaummuuAmmaar5 ай бұрын

    Mashaallaa bagaa Rabinii isinii gahee horaa bulaa imaa intallaa arigadhaa umurii wajinii dheradhaa arii wajii filadhaa Congratulations Congratulations Congratulations

  • @biliseetube2622
    @biliseetube26225 ай бұрын

    Wowww bagaa waqayyoo sin gayyee ❤❤❤❤❤congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @getanewase1578
    @getanewase15785 ай бұрын

    Wooow🎉🎉🎉🎉🎉🎉 congaratulations waliin Horaa bulaa baga gammaddan

  • @Nasima-sk8yr
    @Nasima-sk8yr5 ай бұрын

    Wow 🎉 bagaa etiin sii gahe Dr kenyaa mabruk ❤

  • @zahramohammed9987
    @zahramohammed99875 ай бұрын

    Waw congratulations Dr kangaa ❤

  • @hawwii6354
    @hawwii63545 ай бұрын

    Wooooooooo congratulations Dr keenyaa 🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu42795 ай бұрын

    Wonderful weding! God bless you all!!

  • @zaraanolee4707
    @zaraanolee47075 ай бұрын

    mashallaa dr keenyaa bagaa ijaramatee horaa bulaa😍😍

  • @user-vn7wf7zn9e
    @user-vn7wf7zn9e5 ай бұрын

    Wowoww 🎉bagaa gamadee Dr Nafyad

  • @waniofitube
    @waniofitube5 ай бұрын

    Wowow horaa bulaa maqaa yesusni ❤🎉🎉🎉garu ijolee mizee shamaranii fayaa hin qabaani kani daboo agarsisaa demani lakii maqaa waqaayyo hin xuresinaa guyaa tokko it gafataamn😢😢

  • @user-hw4jn4ew9y
    @user-hw4jn4ew9y5 ай бұрын

    Bagaa itin isin gayee Dr koo Lechaa sabaa ❤

  • @zemedealemayehu3325
    @zemedealemayehu33255 ай бұрын

    Baga gammaddan Dr. Barri jireenya keeysan kan eebbifame haata'u.

  • @zeharazehara9372
    @zeharazehara93725 ай бұрын

    Mashaa Allhaa.Mashaa Allhaa mubruke

  • @BornLiveDie4Christ
    @BornLiveDie4Christ5 ай бұрын

    To God be the glory. Amen.

  • @alemneshnugusu2914
    @alemneshnugusu29145 ай бұрын

    Wowwwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤akati baredani Congratulations dokater ❤❤❤

  • @nasisaajama7954
    @nasisaajama79545 ай бұрын

    Wwwwwww Mashaallah Mashaallah Tabakarahl 🥰🥰🥰💯💯👌

  • @SUae-tn5th
    @SUae-tn5th5 ай бұрын

    Baga waqayyoo guyya kanan isin ga'ee❤🙏 walin horaa bayyadha ga'ilaa milkii❤❤

  • @gemechuhaile4235
    @gemechuhaile42355 ай бұрын

    horaa bulaa gaila ebbifamaa siniif haa tauu😍😍😍😍😍

  • @sifaantube1230
    @sifaantube12305 ай бұрын

    Woww Dr bagaa gammadde congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations umrii dheeradhu hori buli

  • @user-lf5gs7ii2y
    @user-lf5gs7ii2y5 ай бұрын

    Waaawuuu bagaa sii gayee Dr Nafi yaa bayesa namaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @etenashlloveyouoromiyaasin1082
    @etenashlloveyouoromiyaasin10825 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉❤❤❤ bagaa gammada abbaa cabsaa bagaa kanaan isiin geenye eebbifamaa

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo97155 ай бұрын

    WOW wow bagaa ittiinii sii gahee Dr keenyaa

  • @Worke-hr5mf
    @Worke-hr5mf5 ай бұрын

    Waaww congratultionsi❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Mezmurorthodoxethiopia
    @Mezmurorthodoxethiopia5 ай бұрын

    Baga geessan Dr akka gaa'eela Abirhaamiis saaraa eebbise waaqayyoo siniifis ha eebbisu hora baayyadha firri eebba gaha❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 congratulations

  • @fufuilu1212
    @fufuilu12125 ай бұрын

    Wooww baga guyyaa dhaloota keessan isa lammaffaa geessan mabruk dr naafyad💍💍👑👑👑👑

  • @burtukanasefa6069
    @burtukanasefa60695 ай бұрын

    Bagaa Waaqayyoo Kanaf iiSiin Gaa'ee Dr'keenyaa❤

  • @girmayebenti6557
    @girmayebenti65575 ай бұрын

    Congratulations!!

  • @user-ec6wf8cw5z
    @user-ec6wf8cw5z4 ай бұрын

    Ufeee Kaa bayyeen gammadee Dr

  • @natsanetnastanet8890
    @natsanetnastanet88905 ай бұрын

    Gooftaan baaraa jireenyaa keesaan haa Ebbiisuu Dr keenyaa 🎉🎉🎉🎉bagaa gamaadaan

  • @ababatsgaye2759
    @ababatsgaye27595 ай бұрын

    Bagaa waqayoo guyyaa kana isinii gayee horaa bulaa umurii dheraa wojinii turaa Dr 🥰🥰🥰🥰

  • @jfj2799
    @jfj27995 ай бұрын

    Wooww bagaa kanaan isin gahee horaa bayyaadha 🎉🎉🎉❤❤❤

  • @birhanemengistu
    @birhanemengistu5 ай бұрын

    Baga gammadde dr nafyad ❤❤❤❤ waliif jiraadhaa❤❤❤

  • @Fanose-ds5sj
    @Fanose-ds5sj5 ай бұрын

    🎉🎉woww Hora bulaa ❤❤❤

  • @user-cw3jb9fb9e
    @user-cw3jb9fb9e5 ай бұрын

    Baga geechan gaa'ila ❤n guutuu isiniif haa ta'u

  • @user-fg1nb8rv4y
    @user-fg1nb8rv4y5 ай бұрын

    🎉🎉🎉Wowowowowow congratulations ❤❤❤

  • @ekramahmed3892
    @ekramahmed38925 ай бұрын

    Wow ❤❤❤🎉🎉dactor keenyaa Baga guyyaa gammachu keetin issin gahe hora bulla lamma ta'a chissa sadi taha kaa'a

  • @waqayyooabdikootiwaqayyooa9117
    @waqayyooabdikootiwaqayyooa91173 ай бұрын

    Abba cabasaa keenyaa baga waqayyoo isni gammachise hora bulaa❤❤❤❤❤❤

  • @hadhaako
    @hadhaako5 ай бұрын

    Congratulations horaa bulaa dafaa ilmaa fidaa koottaa ❤❤❤❤❤😍😍🥰🥰

  • @siifaantube5427
    @siifaantube54275 ай бұрын

    Baga Gammaddee congratulations Dr and Ayantu❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @obsiihindarara3214
    @obsiihindarara32145 ай бұрын

    Wowww bayyee namati tolaa Horra bayyadha

  • @birtkanstore4268
    @birtkanstore42685 ай бұрын

    Bagaa ittin si gahe Dr hora bayyadhaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @rahaomar8769
    @rahaomar8769Ай бұрын

    Wooooow congratulations 🎊

  • @BonaWest-fk9wo
    @BonaWest-fk9wo5 ай бұрын

    I am kongo i love oromo wedding 🎉🎉

  • @firiiyoutube6721
    @firiiyoutube67215 ай бұрын

    Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf Yaa bayatuu bagaa nagaan dhuftaan qaliiwaan koo heduu Namaati tolaa Congratulations 🎉

  • @bulee_show11
    @bulee_show115 ай бұрын

    Wow masha Allah Congratulations 🎉🎊

  • @rakcity6216
    @rakcity62165 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤wow bayy'ee namati tolaa Waaqayyoo isiin haa Eebbisuu Eebbifamaa

  • @Khadija-xf9vb
    @Khadija-xf9vb5 ай бұрын

    MaashaAllaah Horaa bulaa.dr kabajamaaf jaallatamaa

  • @nazirabawari3886
    @nazirabawari38865 ай бұрын

    Baga ittiin isiin ga.ee waliin umurii turaa ❤❤❤❤

  • @aslitube4541
    @aslitube45415 ай бұрын

    Congratulations ❤❤❤❤❤

  • @nounanana3343
    @nounanana33435 ай бұрын

    wowowow Baga guyyaa kanaan isin ga'e gaa'ela Eebbaa kan gammachuu haroo bulaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @warkitowarkito233
    @warkitowarkito2335 ай бұрын

    Wowww congratulation 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @khaleddawoud2879
    @khaleddawoud28794 ай бұрын

    Wowowow bayyee bareduu ❤❤

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa15 ай бұрын

    Wwwwwooowww bagaa gamaadaanii dr❤❤❤❤❤

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa26805 ай бұрын

    Wow congratulations Dr waliin ollaa bulaa

Келесі