Oromo gospel song 2012/13 Addisuu Waayimaa

ADISU WAYIMA REMIX 2012/13.Faarfannaa hedduu namatti tolu.

Пікірлер: 422

  • @lelogechii8402
    @lelogechii84024 жыл бұрын

    Aban keenyaa gudadha gamada ijoolee waqayyoo kan taatani

  • @bilisaa100
    @bilisaa10011 жыл бұрын

    dhugaadha, naamni hin amanamu kiristoos malee

  • @akawakgadissa3371
    @akawakgadissa33716 жыл бұрын

    "...wanta baay'een arge,guddaa na madaa'ee gooftaa mar'immaan koo...". Eebbifamii Addee keenyaa!

  • @user-rj2bk6ic1d
    @user-rj2bk6ic1d9 ай бұрын

    Faruu ba'ee jaaladhu dha .❤Ameen Ameen 🙏🏿

  • @hailegebremichael7197
    @hailegebremichael719710 жыл бұрын

    Farfannan kun tasuma hin quufamu brother may god bless u 4 ever and ever

  • @tegesttegest1665
    @tegesttegest16655 жыл бұрын

    AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN GOFETA EYESUS SEYAE ADISUYE

  • @segniification
    @segniification9 жыл бұрын

    what a wonderful spiritual singer you are... keep z flow of blessing us through your song G B U more, we love u so much

  • @hijazimestawotbalcha6910
    @hijazimestawotbalcha69106 жыл бұрын

    Amen Amen Amen Ebifamii Ebifamii Waqayyoo Abaani Si Ha Ebisuu Brother

  • @bezijesus793
    @bezijesus7938 жыл бұрын

    uuuuuuuuuuuffffffffeeeeee yesuss ko yaadno qaba farfenaan bayye jaaldhu ameeen ameeen ameeen ebifami waaqayo bara jirenya ke aebisu

  • @hermela.eliascell5052

    @hermela.eliascell5052

    5 жыл бұрын

    Oo251935oo8199

  • @masiimucaakakuuhani5924
    @masiimucaakakuuhani59244 жыл бұрын

    Dhugadhaa namanii hin amanuu abbaa koo yesus Ameen ebifamii waqqayyoo sii haa ebisuu mucaa kakuu ❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @muluuurgeessa5290
    @muluuurgeessa52906 жыл бұрын

    Ufffffffffee jaalali isa kana qixee hin qabine hin jiruu kana akka yesus waqayyo Gooftaan hamma dhumaatti si haa dhaabu.

  • @magicalmagical5718

    @magicalmagical5718

    6 жыл бұрын

    Muluu Urgeessa yashii

  • @magicalmagical5718

    @magicalmagical5718

    6 жыл бұрын

    Ameen

  • @magicalmagical5718

    @magicalmagical5718

    6 жыл бұрын

    Waaqayoo

  • @meseretadugnjiraagoftaan9170
    @meseretadugnjiraagoftaan91708 жыл бұрын

    Uufffffff Iyyeesuskoo ebbifami dhugaadha namni hin hamanamu ijjaretuu digaa yeroo hundumaa ijjaree kan dignee dubatee kan hin jijjiiree isaa qofadhaa Good bless you

  • @masarat-masarat1607

    @masarat-masarat1607

    8 жыл бұрын

    akami nagaa jirtu

  • @barredduuoromoo3394
    @barredduuoromoo33949 жыл бұрын

    Waqaayyoo gooftaan amma hamma bara barattii sii haa eebbissuu "namni hin amanamuu"dhuguma jette eebbifami

  • @aliobeid7116

    @aliobeid7116

    4 жыл бұрын

    Waamooshjiugaabufniaa

  • @abebechmasii5610
    @abebechmasii56109 жыл бұрын

    dhugaa hadhookoo namnii gonkumalee hin amanamuu kan amanamuu waqaayoo duwaa kanaafii waqaayoo hamaa iyuu Hayanaa isaa dachadhan siihaa bayisuu EbifamiAdeekoo Waqaayoo nuuf akka hayanaa isaa nuu bayiisuu nuuf waqaayoo kadhadhuu farfanakee Lafa hona keesatii bayise itti boqodha jiraa kunoo Amiin

  • @eyesusfikirnew9421
    @eyesusfikirnew94218 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuffffee Waaqayyoo guutumaa jireenya kee haa eebbiisuu Eebbiifamii dachaa Amman jedhu Olitti gooftaan yesus Si haa eebbiisuu My brother Good bless you💛💚💜❤🙌

  • @jituuoromiyyaa5312
    @jituuoromiyyaa53125 жыл бұрын

    Uuuuuuuufffff farsaa baay'ee seenaa nama geddarudhaa ebbifamii dachaan F/addisuu ammayyuu ayyanni isaa siif haa dabalamuu

  • @fayeraleta8048
    @fayeraleta80484 жыл бұрын

    garagaaraa yeroo hundaa gooftaa si haa galatu eebbifami baayyeen si jaaalladha Far Adisuu Waayimaa ati leenca keenya goota wangeelaa

  • @sanayitmokonin1257
    @sanayitmokonin12574 жыл бұрын

    Namani hin amanu ijaretu diga uuufe dhugudha, ebifami waqayoo sii haa ebisu

  • @chalidereje8299
    @chalidereje829911 жыл бұрын

    I do not get such attractive song as your's. God bless you!

  • @abdiigemeda4223
    @abdiigemeda42236 жыл бұрын

    dachaa dachaan waaqayyo si haa eebbisu

  • @elieuser7292
    @elieuser72923 жыл бұрын

    Ufeee sii duwadhaa goftaa kanii namaa hinii ganee 💞💞💞

  • @tstudio8256
    @tstudio825611 жыл бұрын

    Goftan dabalee dabalee sii haa ebsuu Addisuu!!!!!! farfanee bayyee bayee nama jajabsuu....God bless u more and more

  • @KanGooftaa
    @KanGooftaa11 жыл бұрын

    Hedduu onnee nama raasa!!! :( Addisuu Waahimaa Eebbifami. Mati I. Nagari thumbs UP!

  • @hawaahawaa9368
    @hawaahawaa93689 жыл бұрын

    Ayyaannii gooftaa sifii haa baayyatuu ebbiifammii bar a kee guttuu iafii akka hojjattee dabarattuu abbannini kee inni waqaairraa ayyaanna isaa sifii haa baayasuu.akka muses dhooksee sii haa guuddifatuu.ebbiiffamii Addiisuuu.

  • @jituugudari1973

    @jituugudari1973

    9 жыл бұрын

    F b

  • @singitandereje9683
    @singitandereje96836 жыл бұрын

    Ufe dhugadha harkasati midhamani hin hafani addoo namam dagamtunus isan yaadamna gooftan sihaa ebisu dhumnike haa baredu

  • @marietherezedib7851
    @marietherezedib78513 жыл бұрын

    Ameeeeeen ebifami ya waqayoo

  • @bontuuwalagaa1303
    @bontuuwalagaa13035 жыл бұрын

    jallotaf har,aa gamachudhaa boruu garuu gamachuun kan ijolee waqayoodhaa halleluyaa galatomii abakoo sitin yadatamuff jiraa

  • @feyisaseboka4830
    @feyisaseboka483011 жыл бұрын

    woow bayye namatti tola....Mati I. Nagari bayye galatomii.Addisuu waaqqayyoo si haa ebisuu!!!!

  • @dawitdaba5042
    @dawitdaba504210 жыл бұрын

    waaqayyoo abban kee wwaqaraa sii haa ebbiisuu , ormaraa atii addaa

  • @bickydg2091
    @bickydg209111 жыл бұрын

    bayyeen si jalladha addisu waqayyo si ha ebbisu!!!

  • @mesritshambel7268
    @mesritshambel72689 жыл бұрын

    Addisu God bless u. Waqqayyoo sii haa ebbisu ebbifami haadho koo

  • @abdit1108
    @abdit110810 жыл бұрын

    Far. Addisuu, Dhuguma farfaanna kana nama gad-qabee dhageefateef erga guddaa qaba. Waaqayyo gooftaan si haa eebbisu!

  • @abdiyesuf691
    @abdiyesuf6919 жыл бұрын

    Eebbifami! Waaqayyo ayyaana isaa siif haa baay'isu

  • @birhaneabebe9353
    @birhaneabebe93538 жыл бұрын

    waaqayyo Bara kee hundaa yaa Ebisuu Farffannaa kee bayyeen ittin Ebifamee Gaddaakoos ittin iranfadhee ittiin jaajabadhee

  • @jekayuhkebenesa7170
    @jekayuhkebenesa71708 жыл бұрын

    waaqayyoon sii haa Ebbisu dhugaadha namni dhugaa hin jiru lafara waqayyoo malee inni obsa nuuf haa kennu malee

  • @user-ws3zs1zl8c
    @user-ws3zs1zl8c4 ай бұрын

    Amen amen amen❤❤❤❤❤❤ ebbiffami dachaa dachaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @zerihunararsa9420
    @zerihunararsa942011 жыл бұрын

    WOW LOVELY SONGS ! GOD BLESS YOU!

  • @ababoamaya9993
    @ababoamaya99932 жыл бұрын

    Dhugaadhaa namni hin amanamu goftakoo si duwatu amanama ulfadhu goftako👏👏👏👏

  • @lalisebijigabaisa7605
    @lalisebijigabaisa76057 жыл бұрын

    amen waaqayyo si ha eebbisuu inni kan itti kooluu galanidhaa

  • @gizachewbalemi
    @gizachewbalemi Жыл бұрын

    hoojjin raabbin kun baaye'ee namaa ajaiyibaaa

  • @bontuboru2097
    @bontuboru20972 жыл бұрын

    Uuffeeee yesuskooo Waaqayyoo isiin haa Eebbisuu Nama waaqayyoo!!!❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍

  • @taresagutu9264
    @taresagutu92642 жыл бұрын

    namaan dagatamu siinan yaadatama. waaqayyo nama hin dagatu.

  • @fireberhanu3577
    @fireberhanu35776 жыл бұрын

    Naman daaggaatamusi sinani yaadataamaa ameeeen waqqaayo siha ebbisuu addis ebbifamii

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay2054 жыл бұрын

    Dhugaa farafana Addisuu yomuu hin qaufamuu God bless you

  • @fiseha10
    @fiseha1011 жыл бұрын

    galatomi bayyee namatti tola eeyyee gatiin warra cubamoota anaanuu nanquubsine.....

  • @negaiticha9632
    @negaiticha96329 жыл бұрын

    uuuuuffffffff bay'ee itti boqoote lubbu koo ,galatoommi adis koo

  • @masaretwowwjabadhuulubbuko3852
    @masaretwowwjabadhuulubbuko38528 жыл бұрын

    Addikoo ebbifami ammalee onnee naa madesee farfanan kun bilisee guddisaa libanon iratti

  • @abdiinjira3038
    @abdiinjira30388 жыл бұрын

    GOOFTAAN BARA JIREENYA KEE HAA EEBBISU! EEBBIFAMI FAARFATA ADDISUU!!

  • @ayutesfu645
    @ayutesfu6459 жыл бұрын

    Addisuu Waaqayyo Saa eebbisu Yeroon faarfannaa kee dhaggeeffadhu Baay'een gammada!

  • @martaethio5174
    @martaethio51747 жыл бұрын

    namni hin amanamu ijaareetoo diiigaa....ameen ameen...waqayyoo si haa ebbisuu...

  • @meetikoelena7781
    @meetikoelena77819 жыл бұрын

    Warqitu dirribaa Dhugadha namni hin amanamu ijaretu diga amanaman gofta qofa jitadhuu lammitoo

  • @kenomekonnen5980
    @kenomekonnen598011 жыл бұрын

    GOD bless bless bless U Addo! Dubbiin warra jalloota Anumaanille akkasuma..........

  • @yeneneshdubie6389
    @yeneneshdubie63894 жыл бұрын

    God bless you brother this is spiritual song!!!!

  • @sewerebifamibaayaumanirrma8050
    @sewerebifamibaayaumanirrma80508 жыл бұрын

    Ebifami baaye waqayo siha ebisu oman Irra

  • @mimibekaa1065
    @mimibekaa10655 жыл бұрын

    Ebifami addisuu hubataa nama waqqayo bay'een sii jaaladhaa

  • @chaladenu6006
    @chaladenu60062 жыл бұрын

    Faarfanna kana gaafan dhegeefadhu nagaa ko na deebi’a Dhugaa Eebifami maati

  • @warqitoguluma.jiraabdiinko5974
    @warqitoguluma.jiraabdiinko59746 жыл бұрын

    dhugaa hundumtuu waqayoomo beekadha.ameeeeeen ameeeen waqayyoo guutuu bara kee yaa ebbisuu addisuu.

  • @lemmadebela2026
    @lemmadebela2026 Жыл бұрын

    baay'ee namatti tola eebbifami

  • @huaweabdiikowuaweyesuus4065
    @huaweabdiikowuaweyesuus40657 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbiifaami adiisuu Waqaayyoo barakee haa Ebbiisuu daachaaaaaaaaan

  • @masarat-masarat1607
    @masarat-masarat16078 жыл бұрын

    biyaa abaa jiraa wayyoo naa yaadadhu namaa toko hin qaabu ko waqayo kiyyat bo aa iyasau naa yadadhu

  • @tadalaababa5912

    @tadalaababa5912

    4 жыл бұрын

    thanks bro or sister from kenya really touched by your testimony.get in touch email :tadalaababa@gmail.com

  • @gnahgnah4724
    @gnahgnah47246 жыл бұрын

    Ameeeeee ameeeeen ebiffami dacha dachani gofata Kenya Issa haa ebisuu

  • @kidkid1772
    @kidkid17725 жыл бұрын

    Waa,ee koo kan farfatu nati fakkata eebbifami,amanti ani hordofu ta u batus eyesus hunda keenyaf tokko

  • @burtukaanragasaargr1758
    @burtukaanragasaargr17586 жыл бұрын

    waqayyoo sii haa ebiisuu ebiifamii kakuun rawatamu jalaa ga.uu miidhamanii in ulfataa gofataan sii haa ebiisu

  • @mastumagersa9070
    @mastumagersa90707 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen eebifama waaqayyo Bara jireenyaa keessaan ha Eebisuu

  • @manika2246
    @manika22469 жыл бұрын

    Malo gooftan aii haa ebbisuuuuuuuuuuuuu an jecha hin qabu ADDI U ARE MY FOVRT IF IAM SAD I LISON UR GISPEL GOOD BLESS U

  • @gifiitiiwallaga4830
    @gifiitiiwallaga48303 жыл бұрын

    Namni amanamuu uuuuuuuuffffeee dhugaa dha 😭😭😭😭😭

  • @essess6259
    @essess62598 жыл бұрын

    Ameen guyya namaan dagatam kan waqayyoodha ebbifami dacha dacha ameeeeeeeeee

  • @miftaahuukamaal8915
    @miftaahuukamaal89158 жыл бұрын

    dhugadha Namnii in amanamuu ijaretuu Digga waqaayyo si ha ebiisuu Addisuu

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Жыл бұрын

    Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa Ameeeeen 🙏 Ameeeeee Ameeeeeeen Ameeeeeen 🤲👏🤝❤️💚😭🥰🌻💐👏🙏 Ameeeeee Ameeeeeeen

  • @nimoonaoromiagootashawaaro2182
    @nimoonaoromiagootashawaaro21829 жыл бұрын

    eyyee ijaaretu diggaa nama garuu atti akkasiimiti iyyaasuu ulfaadhuu bara hanga baraatii maqaa kee olii olii olii yaa jedhuu.Ameeeeeeeee.take thanks brother god bless you. form saud

  • @gottichaaoromiyaa1382

    @gottichaaoromiyaa1382

    8 жыл бұрын

    Nimoona oromia 777hattillee galatoomi eeyeen iyaasuus giftaadhaa garu namni ijaaret digaa dachaa dachaa siinaa ebbisuu waaqayyoo yaa waraa iyaasusitti hamantani adisuu wayima my brother thankyou very much I like this

  • @nimoonaoromiagootashawaaro2182

    @nimoonaoromiagootashawaaro2182

    8 жыл бұрын

    +Ali Sara goftaani sii yaa Ebisuu Ebifamii attilee

  • @gottichaaoromiyaa1382

    @gottichaaoromiyaa1382

    8 жыл бұрын

    +Nimoona oromia 777 ameeeeeeeeeeen dhigaa koo goftaa yaasus goftaa , goftoota mottii motootaa hayyanasaa sifaa bay.issuu waalumaan nuufaa baay.iisuu ebbifami dhigaa koo iyaasus kiristos mottummaa dhumaan qabnee siyaa dhalchisuu eeyen farfata hadisuus waaqayyoo nuuf yaa ebbisuu iyaasus iyaasus hijaares hin diguu dhugaas hin jijjiruu iyaasuus goftaadhaa isaa namaaf dhiguu cubbu kenyaa nuraa dhiqee isaa nujirachu holmaa goftaa yaasus naraat baay.atte ulfinaassaa akkam godhee ibsuu amneeeeeeeeeeeeee aleluyaa iyaasus motidhaa

  • @nimoonaoromiagootashawaaro2182

    @nimoonaoromiagootashawaaro2182

    8 жыл бұрын

    +Ali Sara Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee illillillillillil umuri kee guutu nama ebbaa ta ii goftaani sii yaa Ebisuu Ebifamii.

  • @habtamukeno8198
    @habtamukeno819811 жыл бұрын

    Thank Addisu, I love your Song very much

  • @berketassfaw8026
    @berketassfaw8026 Жыл бұрын

    Wow ❤❤😢😢 Najiiradhuu abbakoo

  • @iyasusabdinkoyarabii8719
    @iyasusabdinkoyarabii87194 жыл бұрын

    Ulfadhu iyasus aba ko mali jen ree ulfadhu male ebifama dachan dachan 😢😢😢😍😍😍😍😍😍😍😍🙌🙌🙏🙏

  • @syedarayeesarayeesa4164
    @syedarayeesarayeesa41646 жыл бұрын

    Ameeeen ebbiifamii waqayoo bara keee hundumaa haa ebbisuu

  • @merlinmeronadise6516
    @merlinmeronadise65167 жыл бұрын

    Eeeeeebbbiiiiifaamii nama waaqayyo Gooftaan guutu nara keeti haa eebbisuu ayyanisa siif haa baayatu

  • @wadahsharefi4271

    @wadahsharefi4271

    7 жыл бұрын

    uuuuuuuuf namaan dagatamu sinaan yaadatama!!!ameen eebifamii!!

  • @gaarumanofumaaf894
    @gaarumanofumaaf8946 жыл бұрын

    Nama dagatamus sinan yadaatama goofta koo .inni nama hin irafanee haa ulfaatu.

  • @urjiurji5861
    @urjiurji58616 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ebifami dacha dachin waqayoo saa ebbisu

  • @tigistbekele4093
    @tigistbekele40937 жыл бұрын

    ጌታ ዘመንክን ይባርከው ተባረክ አድሥ

  • @motumahailu9652
    @motumahailu96529 жыл бұрын

    MY GOD IS BLESS YOU &YOU ARE GREAT MAN

  • @suranetamasgintemesgin4655
    @suranetamasgintemesgin46558 жыл бұрын

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen Dhebukonaguti ebbbifami Adisu naman dagatamu sinan yadatama

  • @Emabeti

    @Emabeti

    7 жыл бұрын

    Ameeni waqayyoo is in Han ebisuu!!!!!!!!! !!!!!!

  • @noufelbloushi7060

    @noufelbloushi7060

    5 жыл бұрын

    AmeeeeeeeenAmeeeeeeeeeeeeeeeenAmeeeeeeeeeenAmeeeeeeeen Eebbifamaa

  • @nawafal-helais9040
    @nawafal-helais90408 жыл бұрын

    waqaayyooo dachaa saaa ebisuuuuu dhugaa baayyee namati tolaa farfaanakee goftaani amma dhumatii saaa dhabuuuuuuuuu

  • @mirotgudata7034
    @mirotgudata70349 жыл бұрын

    Ayanii goftaa sii haebisuu ebifaamii namaa kakuu mucaa waqaa!!!!hajaibaa dibanikee jabadhu!!

  • @saraadasalanyi8299

    @saraadasalanyi8299

    5 жыл бұрын

    Amen amen amen iyasusekoo ebiifamaa goftaan baraa jirenyaa kesanii ha ebiisuu

  • @jisaseeyesusgudadhaa1945
    @jisaseeyesusgudadhaa19459 жыл бұрын

    Hoo galatomii adisuu dhugaa jetee dhugatii bulii

  • @mustumustu5467
    @mustumustu54677 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeeen naman dagatamuu sinaan yadatamaa dachaa ebifamii

  • @workeabera9260
    @workeabera92602 жыл бұрын

    Ameen ameen ameen ameen ameen ebbifami

  • @amartiyosef6006
    @amartiyosef60069 жыл бұрын

    Waaqayyo gooftaan hamma dhumaatti si haa dhaabu.

  • @fenetoromitittiamboo2429
    @fenetoromitittiamboo24297 жыл бұрын

    Ameeen waqayyoo sii ha ebbisuu ammaa dhumaati si dhaabuu

  • @user-rj2bk6ic1d
    @user-rj2bk6ic1d9 ай бұрын

    Eebbiifami

  • @obsiifuurtuujireenyaati3719
    @obsiifuurtuujireenyaati37192 жыл бұрын

    Uuuuuuuffeeee ammmmeeeeen Haleluyyaa ammeeèeen Ebbifamaa

  • @dasishuba4376
    @dasishuba43767 жыл бұрын

    Ameeen ameen ameee namni waaqayyoni qabu yo dagatama fakkate iyyu bor ni yaadatama

  • @user-rj2bk6ic1d
    @user-rj2bk6ic1d9 ай бұрын

    Ameen Ameen 🙏🏿❤

  • @almazalamaz8124
    @almazalamaz81248 жыл бұрын

    ebbifaami waqaayyoo sia ebbisuu ameeeeen ameeeeen eyaasuuuuuuuuuuuu haaleluyaa ameeeen ameeeeen

  • @burtukannegeso4945
    @burtukannegeso49456 жыл бұрын

    Ebbifamii dacha dachan namanii innmaanamuu barii kee yaa ebbifamuuu Thnk You wwooooooooooooo

  • @nanatmitiku3094
    @nanatmitiku30946 жыл бұрын

    thank you so much god bless you

  • @danianoujeim4670
    @danianoujeim46706 жыл бұрын

    waqayyo daachaa daachadha sii haa eebbissuuuuuuu amneeeeeee amneeeeeer

  • @hawaaentertainment
    @hawaaentertainment9 жыл бұрын

    ebbifamii Waqaayyoo dacha si haa ebbisuu!!...

  • @birqeeadunyaa3207
    @birqeeadunyaa32078 жыл бұрын

    Ameen ebbiifamii waaqayyoo sii haa ebbiisu

  • @nawafal-helais9040
    @nawafal-helais90408 жыл бұрын

    waqaayyooooo saaa ebisuuuu dhugaa baayyee namati tolaa farfaannakeee

  • @JaalleeT
    @JaalleeT11 жыл бұрын

    God bless you!

  • @user-ik9ny9zg9j
    @user-ik9ny9zg9j9 жыл бұрын

    waqayyoo Goftaan sii haa ebbisuu Galatomii