OROMIA11: Jaalalli Daangaa Hin Qabu.

OROMIA11: Jaalalli Daangaa Hin Qabu. (Yoo Wal Jaalatan Akkana)

Пікірлер: 321

  • @Oromo1421
    @Oromo14217 ай бұрын

    Nama commentii kan dubbisuu maraf nagan haa bayyattu! Bara nagan booree biyyaa kenyaa kessa hunduu rafamutti. jaalalii dhugaa akkasi jiraa jedhani yaduun yero ulfaatutti .jaalalii dhugaa akkasi ta'e argame. Lachuu bira hiikaa jaalalatuu argame Baga gammadan ergaa koti hora bayyadha utuu wanta inni irraa ta'e demu motora bitameef yaa lammii koo

  • @Oromo1421

    @Oromo1421

    7 ай бұрын

    Galatoma warri like gotan

  • @fanushalomicom1137

    @fanushalomicom1137

    7 ай бұрын

    ❤❤❤❤💯👌

  • @user-su6bo8in1d

    @user-su6bo8in1d

    7 ай бұрын

    Dhugaa keti Sanyii

  • @laliselenjisa2230

    @laliselenjisa2230

    6 ай бұрын

    Yaada bareedadha galatoomii

  • @Link-iu5yw

    @Link-iu5yw

    6 ай бұрын

    Ebifamii ❤❤❤❤❤

  • @user-ml4zg5sm9o
    @user-ml4zg5sm9o6 ай бұрын

    Mesiyee too uuuuuuuuuufii 😭😭🤲🤲🤲☝️ anumaa malii sii ta,aa mesii too galatomii qalii ufii too 💋💔💔 mashallaa mushuroonii horaa bulaa demnaa Dr gudataa henikaa barsisaa tajajilaa jirenyaa ilmaa namaa musaa gosaa tiyaa rabinii umrii kee nufii haa dheresuu insha'Allah 🤲🤲☝️💚💋💋💋💔💔💯✅

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafar7 ай бұрын

    Dhugaa durbartii cimtudhaa horaa bulla dubartii akkana nuuf haa bayesuu bontuu koo horii matti mana gutti jirenyaa atti hawitee rabbin siif haa kenu atti dubartii addati jabadhu cimtuu nama ❤

  • @BeshaBadiyo-zu6gq
    @BeshaBadiyo-zu6gq7 ай бұрын

    Hojiin kee garamidhaa yaa rabbii kooo bagaaa rabbii siif garagaree obolessa koo

  • @user-ss4qq7nx4m
    @user-ss4qq7nx4m6 ай бұрын

    Waaqayyoo nama akka siin nuuf haa bayyisuu eebifammi boontuu❤❤❤❤❤

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme31536 ай бұрын

    Waqayyooni ammaa dhumatee walin sin yaa jirachusuu❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚💕💕💕💞💞💞💞💕💕💕

  • @Link-iu5yw
    @Link-iu5yw6 ай бұрын

    Wanii garaa namaa balechudhaa waaqayoo walunii isanii yaa bulchuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-lx9pt7qs5e
    @user-lx9pt7qs5e6 ай бұрын

    Gaddoo jaaba namati ati Rabbiin fayyaa kee sif haa deebisuu hinshaallah

  • @user-xc1jz5jb4u
    @user-xc1jz5jb4u7 ай бұрын

    Ati eebifamtudha oboleti koo labe gaari qabda uuuf dhuga nama gamachisa goftan siya ebisu uuuf hoji waqa dinqi dha ebifama hadho koo hora bula ❤️❤️😍❤️😍😍❤️😍

  • @user-lx9pt7qs5e
    @user-lx9pt7qs5e6 ай бұрын

    Rabbii isiin haa gargaaruu Laaloo fi Tashee jaabadhaa hojii gariiti jirtuu

  • @Halangee
    @Halangee7 ай бұрын

    Horaa bulaa umrii dheeradha ❤❤❤❤ baye'ee Nama gammachisa

  • @user-fr6dq4vp5i
    @user-fr6dq4vp5i6 ай бұрын

    Baguma waaqayyoo isiin miilkeesse masii jabduu ko nuuf jiradhuu waan ofii ko ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s7 ай бұрын

    Dhugaa dubbachuuf imimmaaniinan isin hordofe wayi jaalala.waaqayyo warra horee baay'atu isin haa godhu omtuu adda isin baasuu in danda'in❤❤

  • @user-lx9pt7qs5e
    @user-lx9pt7qs5e6 ай бұрын

    Mucaa dha Boontuun ❤💔😭😭💔💔💔💔 lamma ta,a cisaan sadii ta,a ka,a umurii dheeradha waliin

  • @kooketi7326
    @kooketi73266 ай бұрын

    oboleesa garii qabachun maasha allah 😢😢😢😢😢😢

  • @senagedarame
    @senagedarame7 ай бұрын

    Wawuu Ebbifaama dhugaa bayyee namati toltuu

  • @birkediriba6785
    @birkediriba67856 ай бұрын

    Jaalalli kennadha malee filanno miti🙏🥰 Waaqayyoo waalif isan yaa dhiisu🌹

  • @deborajesus3593
    @deborajesus35936 ай бұрын

    Uuuffeee wowwwww ebbifammaa ayyaanni waqayyoo isinifi haa bayyaatuu uuffeee ❤😭😭😭😭😭😢😢😢

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb7 ай бұрын

    Very, very proud to be born as OROMOO from Oromiyaa😭 Thank you loving GOD🙏 Mesyy jebadoo❤

  • @lemunlomimidhaso6622

    @lemunlomimidhaso6622

    6 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @asterabera9082

    @asterabera9082

    5 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @gadmanish
    @gadmanish7 ай бұрын

    Ulfaadhu Masii jabduu namaa ! Waaqayyo si haa eebbisu !

  • @user-gt8su1zd3v
    @user-gt8su1zd3v6 ай бұрын

    Waqayoo sii wajiin yaa tahuu dhugaa seenaa bayyee namatii toludhaa❤

  • @user-vj1vd5ke1j
    @user-vj1vd5ke1j6 ай бұрын

    Waqayoo isiinii haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @user-fr6dq4vp5i
    @user-fr6dq4vp5i6 ай бұрын

    Elelele waaqayyoo isiiniin haa ebisuu 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @wakennetaye1276
    @wakennetaye12767 ай бұрын

    waaqayyo waliif isin haa qusatu.

  • @user-so9xl4ft2o
    @user-so9xl4ft2o7 ай бұрын

    Dhifama jecha Otoo waldaa deeme Waaqayyoo wan godhuu bekani kun hoji Seexanati Maloo Waldaa geesa Gaddoo

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb7 ай бұрын

    Yaa Oromiaa 🙌 senaa bayee qebeduu waqeyonee sehaabelsuu 🙏 Okesotee keteraa🙏 ateyee geletomi hunedumetuu garedafee!! Jebadaa. Beautiful, confidence on their creation. Oromo and Oromiyaa children's ❤️💚👈

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74197 ай бұрын

    ❤ yaadaafi Qalbiinis Waraannii duutee lolaa waan boonuuf via Associated Dhibeenis Ministeera barnootaa Qaama miidhaginaa keesa jiruu.Saamadhuu Umriifi yeroon Geejjibni ifaa deemnee OBN

  • @hadhaako
    @hadhaako7 ай бұрын

    Waaqayyo gooftaa waliif umurii dheeraa jiraadhaa congratu'ations ❤❤❤

  • @namatai7810
    @namatai78106 ай бұрын

    Dubarti oggeetti dha ati❤❤❤ waqaayyoo dirre eebbatti sina basuu

  • @aseterbenyaa3687
    @aseterbenyaa36876 ай бұрын

    Uuuuuufffff waqqaayonii umurii dheraa sinifii yakenyuu dhugaa Bayee namaa tii tolaa jir adhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sabbotuuoromiya6012
    @sabbotuuoromiya60126 ай бұрын

    Waqayyoo gooftaan bultii kesaan haa ebbisuu❤❤🎉🎉🎉

  • @GsffDfgg-bg3dd
    @GsffDfgg-bg3dd7 ай бұрын

    ❤❤ rabbiin woliin isaanii haa bulchuu fayyaa Gutuu isaalee rabbiin haa kenuunufii inshaalaah Allah ❤️❣️❤️❤️❤️ bagaa gamaadaan❤❤❤misiironii lachaanuu akkasumsii masii tenaa waa dandetuu waa hundaa nufii jiradhuu umrii dhertuu insha'Allah qalii namaa ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @mashor3074
    @mashor30746 ай бұрын

    Ebbifamaa waaqayyoo iSinaa ebbisuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @kebederegassa4399
    @kebederegassa43997 ай бұрын

    Wow!!! Kuni seenadha.Ebbifamaa Oromiyyaa 11,jalallee Gadisaa fi Obboleessa Gaddoo.hedduu nama Gamachiisa,waaqi ilmoo fi fayyaatin ,akkasumas umurii dheeratiin waqayyo isin haa eebbisu

  • @abrahabrahss1457
    @abrahabrahss14577 ай бұрын

    Horaa bulaa ❤❤❤ waqaayyoo umurii dheradhaa

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb7 ай бұрын

    Mesyykenaa progeramii gary qebedaa geletomii👌

  • @jireenyajireenyaa
    @jireenyajireenyaa6 ай бұрын

    Waan ajaayibaati dhugaa Gaa'ela eebbaa isiniif haa taʼu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @eskindergetachew9738
    @eskindergetachew97387 ай бұрын

    Subahan allah baga Rabbi ittin sin ga'ee

  • @jaakjaak7432

    @jaakjaak7432

    7 ай бұрын

    Masimaa galatefadha animooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-xc1jz5jb4u
    @user-xc1jz5jb4u7 ай бұрын

    Uuuuf yaa waqayo siya ebisu baga gamade obolesa koo ❤❤

  • @hawwiijaalmarroo634
    @hawwiijaalmarroo6347 ай бұрын

    Baay'ee namati tola dhugaa jaalalaa dhugaa ❤

  • @user-os9pn1qq7b
    @user-os9pn1qq7b7 ай бұрын

    ❤ dhugaa waaqa imimmaan qabachuun dadhabee nama garii waaqayyoo umurii dheraa jiradhaa kaa maloo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-jn5bi1yb6f
    @user-jn5bi1yb6f6 ай бұрын

    Waqayyoo baraa keessan habbihisuu❤❤❤❤

  • @hawwiiyoutube5256
    @hawwiiyoutube52567 ай бұрын

    Wowwwwwww waqayoo walini umurii dheraa isinifi haa kenuu❤❤❤

  • @emabit3582
    @emabit35826 ай бұрын

    Waqayyoo sii haa ebbisuu horaa bulaa❤❤❤❤

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata40257 ай бұрын

    Waqqayyoo bara jireenyaa keessaa siinf haa ebbisuu❤️❤️❤️🙏🙏🙏

  • @workeayana6189
    @workeayana61897 ай бұрын

    Masiiko Gooftaan sia Eebbisu ijoollota kana dhi'eesuukeetiif;

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari62117 ай бұрын

    Baga gammadan dhugaa jalalla dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤hoora bula ilmaf dubara horaa❤❤❤❤

  • @selamademsung5995
    @selamademsung59957 ай бұрын

    ❤❤❤🎉🎉እግዚአብሔር ትዳራችሁ ቤታችሁን ይባረክ እህቴ በጣም ጥሩ ልጅ ነሺ ተባረኪ❤

  • @kassahunhaile5862
    @kassahunhaile58626 ай бұрын

    Bara rakkinni baay'ate kana keessa Jaalala dhugaa akkas laphee namaa baqsu arguun baay'ee nama gammachiisa.🎉❤🎉

  • @motishow7832
    @motishow78327 ай бұрын

    Mase waaqayyo barakee haa eebbisu

  • @ahmedbadaso1250
    @ahmedbadaso12507 ай бұрын

    Wanta hundaaf rabbii ya galatomu

  • @user-ub2yz4kk3r
    @user-ub2yz4kk3r7 ай бұрын

    Sagaleen keessummaa hindhaga'amu, kan keessummeessituu garuu akka malee guddatee dhaga'ama, sirreessaa.

  • @hawwiimolee7887
    @hawwiimolee78877 ай бұрын

    Wowow waaqayyoo isiin haa ebbisuu ebbifama ❤❤❤

  • @Suusiyye
    @Suusiyye7 ай бұрын

    Ayiii rabbii sii haa fayyisuu abshiir ni darbaa hunduu ,gargaaramuu qaba yaa saba koo 😢

  • @Tolesatube
    @Tolesatube7 ай бұрын

    Intalli Kun badhaafamuu qabdi.waan namoonni bayyeen biyya keenya keessatti itti hin amanne hojjetteeti.

  • @adano8572
    @adano85727 ай бұрын

    Bontuukoo waqayoo si ebisuuu atii nama ebaatii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ow1ev9ik7e
    @user-ow1ev9ik7e6 ай бұрын

    Wow hedduu namatti tola❤❤❤❤

  • @asdfgssssdd2903
    @asdfgssssdd29037 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 bagaa ittii gettain👨‍👩‍👧

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem66956 ай бұрын

    Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa Waqayoo Sii Wanii Yaa Ta’uu ♥️♥️♥️♥️💐💐🌷🌷🌷🙏🙏🙏

  • @EndaluAlemayehu
    @EndaluAlemayehu6 ай бұрын

    Walitti isin haa jaallatu waaqayyo, jaalalli dhugaan sammuu guutuu barbaada malee ulaagaa kan biraa hin gaafatu

  • @kenenibedada539
    @kenenibedada5397 ай бұрын

    Waaawwww waaqayoo hudaa kesaani haa ebifiimaa🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @user-wr5ke5sn9f
    @user-wr5ke5sn9f6 ай бұрын

    Rabii sin yaa jiraachisuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo54176 ай бұрын

    Obolesii Qamaan fayaa hin qabnee Akkatii namaa gargaraa yaa obolesaa fayaa qabduu maltuu sittii dhagahamaa garuu oboleetii koo jabadhuu waqaayyo lafaa hawii kesan siifii hamilkesuu

  • @adunadafar5143
    @adunadafar51437 ай бұрын

    dhugumatti jaalalli ija hin qabu kan jedhan dhugaadha intala kana rabbi ishee haa eebbisu

  • @user-dm4sy2pn8c
    @user-dm4sy2pn8c7 ай бұрын

    Waqqayyoo isinif haa ebbisuu bayy'ee namaati tolaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @AsfawHundecha-hj6wu
    @AsfawHundecha-hj6wu7 ай бұрын

    Nabochifte 😢😢😢😢 obollechi isa rabbi sif jira

  • @Link-iu5yw
    @Link-iu5yw6 ай бұрын

    Dhugaa gamachuu adaa woo woo woo woo woo woo woo

  • @SaraSara-mv7rt
    @SaraSara-mv7rt7 ай бұрын

    Uuuufffff Waaqayyoo Isiin Haa Ebbiisuu Dhugaa 🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️

  • @birkiigadaa3887
    @birkiigadaa38877 ай бұрын

    miciyyoon tun sammuun isii sammuu dubartootarraa adda je'eetin yaada, hugumatti addunyaarratti dubartii sammuun guddoo tahuun badhaafamuu qabdi.

  • @asterlemmadabalee4004
    @asterlemmadabalee40047 ай бұрын

    Ebbifaama dachaa umuri Nuf Dheradha Oromiyaa 11❤❤❤❤❤🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻😘😘😘😘

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa2667 ай бұрын

    Wowowowowowo waaqayyoo umurii dheeraa wol wojiin isin haa jiraachisuu gaa'eela milkii kan ebbifame isiniif haa ta'u maqaa gooftaatin!!!!!!!🙏🙏🥰❤📖💒❤🥰🙏🙏Wowowowowowo congratulations🎉🎉🎉

  • @DawitEjetaa-es7fu
    @DawitEjetaa-es7fu6 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉Bayyee namtii tolaa kan milkanaa haa ta'uu ❤❤❤❤❤

  • @user-rc6vo7og7g
    @user-rc6vo7og7g7 ай бұрын

    Uuuuuuuuuuffffffff Waaqayyoo bara keessan umurii keessan haa Eebbisu!! Baga Waaqayyoo waliif isin laate!!!🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @saaadaawallaagga
    @saaadaawallaagga7 ай бұрын

    Sheyi Ajaibi wallahi Subhaan Allaah Yaa Allaah Yaa Rabbi atii guddate

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel78477 ай бұрын

    Umurii dheeraa waliin jiradhaa waqqayyoo imoo ni dandahaa giduu keessanitti dinqii hojette haa argisiisuu❤❤❤.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo74197 ай бұрын

    Dhiifamaa Dugdaafi garaa/Obbolummaa Waraannii Dirree wood lolaafi YAANNIS RAKKOODHA WAL

  • @Zainab-li5pe
    @Zainab-li5pe7 ай бұрын

    Waqqayyoo ilmoo fayyaa qabdu isiin haa keenu baraa jireenya keesani gamadaa jiradha❤❤

  • @MudasirSiraaj-ns6fj
    @MudasirSiraaj-ns6fj7 ай бұрын

    Mashaa allaa waliif issiin haa dhisuu waliin turaa arrii filadhaa

  • @zeritutubeolana1064
    @zeritutubeolana10646 ай бұрын

    ❤❤❤❤ Wow wow Baay'e sin aja'absisadha Dubarti cimtu fi ogeeti masi umurii dheeraa dhuuu Akkasuma garee atis nama umurii dheeraa dhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s7 ай бұрын

    Masarat waaqayyo si haa eebbisu hojii gaarii hojjachaa jirta❤

  • @lalisewakshum2742
    @lalisewakshum27426 ай бұрын

    wowwwww hiiki jaalalaa siif galeera

  • @mozaratherpa4572
    @mozaratherpa45727 ай бұрын

    Wowowow Eebbifamaa dachaa waqaayyoo isiin haa ebisuu❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @fireyotalemu1689
    @fireyotalemu16897 ай бұрын

    Duubaartii oggeetiidhaa Ebbifamii haadhoo koo bg gammadaanii❤❤❤❤

  • @user-bq2cy9rf3h
    @user-bq2cy9rf3h7 ай бұрын

    Naa dhukubee waqayoo garidhaa❤😢🎉

  • @axsyraaxstra8356
    @axsyraaxstra83567 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤😢😢ebbiiffaama gooftan baara keessan haa ebbiisu🙏💞

  • @user-so9xl4ft2o
    @user-so9xl4ft2o7 ай бұрын

    Uuuuufffff Broko Waaqayyoo Seenake ha jijjiiruuuuuuu ini Ati Amanatee

  • @senneetube2680

    @senneetube2680

    7 ай бұрын

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 😢😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲

  • @user-ru1bg1wk1q
    @user-ru1bg1wk1q7 ай бұрын

    Intali taa hormaata bultumaa

  • @BuglassGG
    @BuglassGG7 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Horaa bulaa.

  • @bodexkumela8552
    @bodexkumela85527 ай бұрын

    Waliin hooraa Waliin raagaa ilmaanis Akaakileef abaabilee argaa gooftaan sin haa eebbisu ❤🎉🎉

  • @shelamahabtamu-kk4yg
    @shelamahabtamu-kk4yg6 ай бұрын

    waan ajaa"ibaati dhugaa wajjiin isaan haa bulchuu

  • @hancalegalati2163
    @hancalegalati21637 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉 hora bula

  • @haawiigammachu4398
    @haawiigammachu43987 ай бұрын

    Waqayyoo bara keessaan haa ebbisuu❤

  • @user-iz3xe2vv1e
    @user-iz3xe2vv1e7 ай бұрын

    Hojii Bonsaadha dhugaa waaqayyo hunda keessan haa eebbisu.

  • @aberatoleraemama8918
    @aberatoleraemama89187 ай бұрын

    Ani hordofaa keetii Masii waan gaarii hojjattaa baayyee galatoomi!

  • @milkoodhiboo5544
    @milkoodhiboo55447 ай бұрын

    horaa bulaa🎉🎉🎉

  • @Swa-zb3lk
    @Swa-zb3lk6 ай бұрын

    Wow bayye namati gamachisa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ashakabadda2022
    @ashakabadda20227 ай бұрын

    Waan AJ'ibbati dhugaa Waaqati 😢😢😢😢❤

  • @warkiikasaa6181
    @warkiikasaa61817 ай бұрын

    Wawuuu bagaa waqayyoo sin gargaree❤❤❤

  • @Bont333
    @Bont3337 ай бұрын

    Dhugaa waqaayyoo ebbifami haadhoo.koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @LansaTolos
    @LansaTolos7 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 waqayyoo sii haa ebifasuu

Келесі