Oolmaa Dubartoota

Ойын-сауық

#Oolmaa

Пікірлер: 164

  • @milkiigurmuu6421
    @milkiigurmuu64213 жыл бұрын

    Hayyoo koo si caala hunduma. Nuti ijoolleen baadiyyaa Olmaa kee waan beeknuf hojii hin qabdu sin hin jennu!

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865

    @rahimaxahirrahimaxahir4865

    Жыл бұрын

    Matii naa ta please sanyii 💞💞

  • @boriifchannel7184
    @boriifchannel71843 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuffff dubartotaa Mana olanif ilalachi jiruu gadi anadha,abba mana ishee irraa jalqabe kessantu dubartotaa badiyyaa 😭😭😭😭

  • @malik8k731

    @malik8k731

    3 жыл бұрын

    Uuuuuuffff yaa hadhatoo

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865

    @rahimaxahirrahimaxahir4865

    Жыл бұрын

    Matii naa ta please sanyii

  • @chaltuuethiopiayoutube8388
    @chaltuuethiopiayoutube8388 Жыл бұрын

    Wayii jiruu biyaa omaa yoni biyaa ko jiruu sarmee hin ajajamuu haraa garuu biyyaa bayee jenan olmaan hadhaa ko heduu nati mulatee dhifama hadha ko heduu site bales jiruu biyaa Orman want heduu nabasise umuri nufi eradhaa yaa waqayoo umuri eraa nu ladhufi🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍😘

  • @hawwiinkoojaannata9734

    @hawwiinkoojaannata9734

    Жыл бұрын

    Ani ammoo fallaa keetii takka itti hin jallanne ykn hin dabne wallahii alhamdulilaah osoo ergaamuuf biyyaa bahe erga baahes jirrenyuma isii fooyyesufi 😢😢😢

  • @hawwiinkoojaannata9734

    @hawwiinkoojaannata9734

    Жыл бұрын

    Aaamiiin Aaaaaaamiiiiiin abshiir ammuma hin dagatin kaa harmee tee

  • @misraaoromo4598
    @misraaoromo4598 Жыл бұрын

    Wwwwwoowwwww harmee tiyya yadadhee dhugaa uuuuuufffff 💞💞💞💞💞💞

  • @lelolelo3681
    @lelolelo36813 жыл бұрын

    Guyumaa tokonii akanatii dadhabidee arimenii kenyaa akanatii dadhabidee nugudifitee 😭😭😭

  • @aname5579
    @aname55793 жыл бұрын

    Wayyoo harmee koo waqayyoo umurii dheere haa keennuf😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865

    @rahimaxahirrahimaxahir4865

    Жыл бұрын

    Matii naa ta please sanyii 💞💞

  • @hayatsaboontuusarboo150
    @hayatsaboontuusarboo1503 жыл бұрын

    Ayookoo wantii nuu siinjeenuu utuuma ciinqii kana keessa hinbahiin rabbiin lubuukee hinbasiin😭😭😭 Umuurrii dheerradhuu❤️❤️❤️❤️

  • @Fatma-nr1rg
    @Fatma-nr1rg Жыл бұрын

    Weeyyi haadhota keenya yaa Rabbii umrii nuf dheeresi daalaga dilla kan ❤💯❣️🙏😢😭😭😭😭☝️🤲🤲🤲🤲

  • @kidanefikadu1092
    @kidanefikadu10923 жыл бұрын

    shaggaa, xaarage quursii, Missa, xaxaafa , kimirii, Xaraa, qaayarane, qaaxalaa, awwaari, wannaa, jaamara, naawirri dha, maadabara dha, Baqaa ishii, azooradhu, koobota, barri, dafaa'i, xaxaafna, kun hundi afaan oromoo miti. Haala kanaan ijoollen afaan dubbaachuuf hin rakkaatan jechuun nama dhibbaa.

  • @beshaagetachow2321

    @beshaagetachow2321

    3 жыл бұрын

    Shawaan hassofin isaan akkanaa

  • @user-fn6vm7sj1g

    @user-fn6vm7sj1g

    3 жыл бұрын

    @@beshaagetachow2321 dhugaa ketii

  • @aminaamuhammad7765

    @aminaamuhammad7765

    3 жыл бұрын

    🤣😁 anii kunii maalii Afaan oromoo badee

  • @yannetadane5338

    @yannetadane5338

    3 жыл бұрын

    🤣🤣🤭🤭🤭

  • @bantokha5193
    @bantokha5193 Жыл бұрын

    Uuuufffff umii tiyaa love you ani ijole badiyati garu OBN galatomi malifi anisi akasiti na hojadhu dhugaa Rabbii 🌹💐💐🌷🌷❤❤❤❤💋💋💋😥😥😥😥🌹🌹🌺💜💜💜💙💚💙💙

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Жыл бұрын

    Ayiii qee'ee oromoo wallahii baadiiyyaa too baay'ee sii yaade 😢😢😢 ayii seenaa hundaa kenyaatii ijollee baadiyyaa 😊😊

  • @tadesseefn4810
    @tadesseefn48103 жыл бұрын

    Dhugaa dubbachudhaf sagantaan mijuu Dilbataattin Qopha’ee dhiyaatee kuni itti fufu qabataa kana keessatti Aadaa Abbootti keengyaafi Hadholli keengyaa hundaatti agarsiisu qabna kabajaa guddaa hadholli keengyaaf yookin Harmee keengyaf yaa ta’u waan hundaa offi biraa dabarsiteetti ijolee isheettif Lubbuu ishee dabarsitee keenittee guddistti waan hundummaafu Harmee keengyaa hundaaf kabajaa guddaan qaba umrii dheeraa siif yaa keenu galatoomaa OBN

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865

    @rahimaxahirrahimaxahir4865

    Жыл бұрын

    Matii naa ta please sanyii 💞

  • @user-vl2rw7ke4g
    @user-vl2rw7ke4g Жыл бұрын

    Hadhaa koo jireenyatti haa hamaatu kanan sirraa fagaadhe jiraadhef. Rabbiin umuriikee naaf haa dheeresu.walargina.haadholi keenyaaf kabajatu mala.hamaa keessan rabbiin naan hin argisiisin

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Жыл бұрын

    Harmee too olmaa ati naaf ooltee yoomu hin irranfadhu ,karaan addaan nu baasus garaan si bira na jira dessee koo fayya naaf ta'ii❤❤❤💔💔💔

  • @iyasusabdinkoyarabii8719
    @iyasusabdinkoyarabii87193 жыл бұрын

    Ya harme ko bagan muca Oromiya te ❤❤❤❤❤❤👈

  • @arabarab2567

    @arabarab2567

    3 жыл бұрын

    yaa ayyokoo

  • @hiikmaaorotube1733
    @hiikmaaorotube17332 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuuuuuffff hadhaa koo Rabbiin umrii isinni haa dhersuu Hadhaa ofii gaadisaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌹🌹🌹🌹🌹🌹💞💞💞💞💞💞💕💔💔💔💔💔

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Жыл бұрын

    Yaa rabi jazaa hawoti tenaa atumani kafalii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @beleyneshtefera6542
    @beleyneshtefera65423 жыл бұрын

    ወይ አናት እናት ናት በተለይ በገጠር የሚኖሩ ብርታታቸው ጥንካሬና ትእግስት እግዚአብሔር የበዛላቸው ።

  • @ilfuu9376
    @ilfuu9376 Жыл бұрын

    Dhugaa dubachuuf bayye bayye namatii toola jirenyaa badiyya uuuuuuffffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @jesusjesus6216
    @jesusjesus62163 жыл бұрын

    uuuuuuuuuuffffff badiyaa biyya koo naan yadachiftan harme koo

  • @tsigebungul2150
    @tsigebungul21503 жыл бұрын

    Emama 🥰🥰😭😭💪💪💪💪

  • @AsiaShuferii
    @AsiaShuferii25 күн бұрын

    Uuuuuuuuf yaa dubartii osoo karaa maraa gubatuu biyee galtii osoo guyaa 1fii boqonaa hin argatuu ijolumaa ufii iraa kaftee hagaa gafaa dututii yaa rabii yaa alaa mee da,iimaa saa lalaa mucaa dhiraa biraa lixee isin garuu hadhaa ufii wolii hagaa fiduu muu lalaa rabii sii haa gudisuu kichuu too garuu gafaa itii garaa galchaanii worii isiilee Mal naa gotee jedhanii hadhaa abaa isiilee abaa manaalee tetee yachuu malee bu,aa malii qabdaa jedhaa Uuuuuuuuf yaa dubartii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @alamitube1894
    @alamitube18943 жыл бұрын

    Hadhoo ko umri dheera isaanif haa kenuu fayya wajjin

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 Жыл бұрын

    Umurii dheeraa waaqayyoo harmeewwaan keenyaaf haa kennu❤❤💋❣💌

  • @chaltuuethiopiayoutube8388
    @chaltuuethiopiayoutube8388 Жыл бұрын

    Uuuuuffffuuu yaa hadhaa ofi umuri nufi Eradhaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍😘😘😘

  • @hawwiinkoojaannata9734

    @hawwiinkoojaannata9734

    Жыл бұрын

    😢😢😢

  • @henokyube2860
    @henokyube2860 Жыл бұрын

    Uuuuuuuuuufffffffff 😭 😭 😭 😭 harmee koo ❤❤❤❤❤ hadhaa koo na yaddachiiftee dhuga waqa😊😊😊😊😊😊

  • @darartonbinti1045
    @darartonbinti1045 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤goota goota caltu ta,un dubartita garuu amma Yona dhokachunsa na arsa baguman dubarti ta,eeeee

  • @user-hn8lb8vo7q
    @user-hn8lb8vo7q4 ай бұрын

    Olmmaa.harmee.koo.naa.yadachiftee❤❤❤❤harme.koo❤❤

  • @jamelanaser7400
    @jamelanaser7400 Жыл бұрын

    Uuuuuuuufffffeeee wly harmee kiyyaa yadadhee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @yearsiiassalalij2668
    @yearsiiassalalij2668 Жыл бұрын

    Hatii ofii hojiin isii himamee ykn lakka'amee Hin dhummu olmaan kessan bayye anii tasumayuu hojii Hin qaban Hin jedhuu ayyoo koo

  • @kadijamohanmed59
    @kadijamohanmed593 ай бұрын

    Ayoy ko si cala hudumaa❤❤❤❤❤❤

  • @ashrkatabdulrahman8713
    @ashrkatabdulrahman8713 Жыл бұрын

    Uuffii Yaarabbi hadha koo umurii isii naaf dheeressi

  • @lalooyoutube881
    @lalooyoutube8813 жыл бұрын

    Dhugaa baay.ee Hojeete Cimtuudha. Warra kaan yeroo Baadiyaa deeman baay.ee dadhaabu.

  • @simosimo-ji1bi
    @simosimo-ji1bi3 жыл бұрын

    Uuff mn harrun Akka natii tillu duur bishan itti firfissine xidiitin yeroo haruu kessatii bunna danfistee uuff akka sitii tollu malloooo

  • @simosimo-ji1bi
    @simosimo-ji1bi3 жыл бұрын

    Uuufff hadhaa jechun moo? Kessumaa hadha baduyaa?, uuu uuuffff ng isinif haa kennu waqayoo

  • @sifankumsa7450
    @sifankumsa7450 Жыл бұрын

    Hadho keenyaa hundafi kabajatu maalif ❤❤❤❤

  • @sadiyahassen318
    @sadiyahassen3183 жыл бұрын

    እናት ያላችው ትኑሪላችሁ

  • @nadiakamel5450
    @nadiakamel5450 Жыл бұрын

    Nuf jiradhuu harmee koo 🥰🥰🥰🥰😘

  • @maalmallisaatube2048
    @maalmallisaatube20483 жыл бұрын

    Yeroo warri magaalaa maaf kaanee bishaan buufna jedhu isheen baadiyyaa awwaara, qorra, aduu, dadhabbii osoo hin jenne maatii jiraachisu. Umriif dheeraaf fayyaa guutuu siniif haa kennu malee maalan jedha.😥😥😥

  • @maalmallisaatube2048

    @maalmallisaatube2048

    3 жыл бұрын

    Wayyoo seenaa duraan dabarse yaadadhee, garaan na raafame(boora'e)

  • @boriifchannel7184
    @boriifchannel71843 жыл бұрын

    Nibeknaa hojii badiyyaa.😭😭😭😭😭😭

  • @bsukevsyune2425

    @bsukevsyune2425

    3 жыл бұрын

    🍇🍇🍇🍇🍇🍔🍔😘😘😘

  • @najibumuhidin8448
    @najibumuhidin8448 Жыл бұрын

    Hojiin hayyooti kee dhugaa dubbachuuf heedu jaabadha qooda gudda qabdu🥰🥰🥰

  • @sinbbonneewallagga1767
    @sinbbonneewallagga17673 жыл бұрын

    Uuffee Badiya biyyaa koo si yade 😭😭😭😭😭😭😭yaa harme koo

  • @hawiiyeshawalij5515

    @hawiiyeshawalij5515

    3 жыл бұрын

    Me to dhugaa 😌🙍‍♀️🙍‍♀️

  • @sinbbonneewallagga1767

    @sinbbonneewallagga1767

    3 жыл бұрын

    @@hawiiyeshawalij5515 Abshir dammaakoo Guya tokko kessaa bana

  • @hawiiyeshawalij5515

    @hawiiyeshawalij5515

    3 жыл бұрын

    @@sinbbonneewallagga1767 hayye lubuu ko guyya rabii jedhe Umaa Bana waqayyo Matti Kenya bakka jirtanit nuf ha eguu🙏❤️😍

  • @sinbbonneewallagga1767

    @sinbbonneewallagga1767

    3 жыл бұрын

    @@hawiiyeshawalij5515 Ameeeeeeen ebbiifami Sistu koo Bakka jirtuti nagan waqayoo siif haa Baayatuu Sif illee 😍😍😍😍🙏

  • @mabubaabbajifaar9413
    @mabubaabbajifaar94133 жыл бұрын

    Galatooma OBN 😢😢😢 harmee koo yadee

  • @ayyuuutube6828
    @ayyuuutube68283 жыл бұрын

    Uuuuuuuuuuuufffffffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 harmee koooo Yaa jirreenyaa badiiyaa

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem66952 жыл бұрын

    Wwww Harmee Koo Jabadhuu ❤️🙇‍♀️🙇‍♀️🤲👍👏💐💐💐💒⛪️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️Waqayoo Sii Waliin

  • @lalinegaso5849
    @lalinegaso5849 Жыл бұрын

    Dhugaa. akana nugudii siite hatiitenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤. Imi sis mom LOVE. AYOTO GALATA. KE WAQA. SIHAKENU. AYOTO. SIIJALA DHA. URIJTO❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Tube-nk7xk
    @Tube-nk7xk Жыл бұрын

    Baadiyaa koo😢❤

  • @hawaaanole7091
    @hawaaanole7091 Жыл бұрын

    😢😢😢😢 mee warii aka koo kana jartna gudatan liki tuqaa

  • @rahilmokonen777
    @rahilmokonen7773 жыл бұрын

    እናት እኾ❤❤❤❤

  • @user-lw8de8do8f

    @user-lw8de8do8f

    10 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @haniihani5402
    @haniihani54023 жыл бұрын

    Mashllaa

  • @hananaaa8498
    @hananaaa84983 жыл бұрын

    Uuuuuuuffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @shetayath3974
    @shetayath3974 Жыл бұрын

    Dhugaa keetii 🙏🙏💞

  • @zeditube1890
    @zeditube18903 жыл бұрын

    Harme umurii dhera ❤❤❤

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 Жыл бұрын

    Fayya argadhu harmee too ❤❤❤

  • @arfasekumsaa82
    @arfasekumsaa823 жыл бұрын

    Wayoo Baayee namati tolaa jabadhaa 🥰

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865

    @rahimaxahirrahimaxahir4865

    Жыл бұрын

    Matii naa ta please sanyii 💞

  • @arfasekumsaa82
    @arfasekumsaa823 жыл бұрын

    🥰😍

  • @sifanmalaku7260
    @sifanmalaku72603 жыл бұрын

    Uuuffi.hadhako.😭😍❤❤❤❤

  • @user-fn6vm7sj1g
    @user-fn6vm7sj1g3 жыл бұрын

    Wwwwwww bayyee namatii tolaa jabadhaa

  • @user-ok8cq1de8p
    @user-ok8cq1de8p3 ай бұрын

    uuuff harmee too akkanati nagudiftee aaa😢😢😢

  • @memezahra2694
    @memezahra26943 жыл бұрын

    Waayyi.hadhaa.uuffffii.💞💞💞

  • @user-wt5ip4ny9k
    @user-wt5ip4ny9k Жыл бұрын

    😢😢😢❤❤

  • @user-dv9sw8iz3d

    @user-dv9sw8iz3d

    11 ай бұрын

    🎉❤❤❤❤

  • @user-eu6zl2jy1c
    @user-eu6zl2jy1c10 ай бұрын

    Uuuuuuuufffeeee malooarmkoo❤❤❤

  • @hayatah7696
    @hayatah76967 ай бұрын

    Ayii hadhaa baadiyyaa gaalaanii kee guudaa dha 😢😢😢

  • @mariyqmmariyqmmari2498
    @mariyqmmariyqmmari2498 Жыл бұрын

    Wowuuuuu ❤️💚❤️💚👍

  • @snbcfgh8745
    @snbcfgh87453 жыл бұрын

    😍😍💖😭😭😭

  • @bechadobechado9639

    @bechadobechado9639

    Жыл бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤

  • @Sefaachannel24
    @Sefaachannel243 жыл бұрын

    Mattii nafii tayyaa

  • @karamkaram8478
    @karamkaram84782 жыл бұрын

    😭😭😭❤❤❤

  • @sarraaoromooislma1263
    @sarraaoromooislma1263 Жыл бұрын

    😢😢😢yaa rabbi

  • @saidmohamedahmedeldin7358
    @saidmohamedahmedeldin73583 жыл бұрын

    😍uffff

  • @user-lw8de8do8f
    @user-lw8de8do8f10 ай бұрын

    ❤❤❤❤👌

  • @Sefaachannel24
    @Sefaachannel243 жыл бұрын

    Ormoo tiyaa

  • @faedasalman3532
    @faedasalman353210 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @zeditube1890
    @zeditube18903 жыл бұрын

    Sirbi kun enu maaqan isa harme koo jedhu kuni😭😭😭😭😭💓💓💓

  • @halimaorotube2314

    @halimaorotube2314

    3 жыл бұрын

    Gabbi eda'oo

  • @abdallah-ve1xr
    @abdallah-ve1xr Жыл бұрын

    😭😭😭😭ww imama koo

  • @Tube-nk7xk
    @Tube-nk7xk Жыл бұрын

    Dubartii gootaa👍

  • @hawiimuluneh4922
    @hawiimuluneh4922 Жыл бұрын

    Ufii imaakoo

  • @lalooyoutube881
    @lalooyoutube8813 жыл бұрын

    Uuuuffff hadhaa Koo

  • @rahilmokonen777
    @rahilmokonen7773 жыл бұрын

    Ohhhh

  • @diribebekele1415
    @diribebekele14158 ай бұрын

    long life mom

  • @user-cx1dx1dr2i
    @user-cx1dx1dr2i8 ай бұрын

    Uuuuuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @aminastars7436
    @aminastars7436 Жыл бұрын

    matii naf tayaa🙏🙏🙏🙏

  • @user-zf5ll5mb1d
    @user-zf5ll5mb1d Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-lb7sg7io3p
    @user-lb7sg7io3p6 ай бұрын

    Mee namnii akaa koo vidiyoo kanaa laltanii botaan like godha😢😢❤

  • @najibumuhidin8448
    @najibumuhidin8448 Жыл бұрын

    🥰🥰🥰

  • @sifaniisanyiitadeebiruusal5137
    @sifaniisanyiitadeebiruusal51373 жыл бұрын

    Uuufffff 😭😭😭😭😭❤♥♥♥🙏🙏🙏

  • @kilikebbe8195
    @kilikebbe81953 жыл бұрын

    Wayiii baadiyyaa koo 😭😭

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865
    @rahimaxahirrahimaxahir4865 Жыл бұрын

    Oromoo koo matii naa ta please

  • @wsawwsad4475
    @wsawwsad44753 жыл бұрын

    Uuuuuff heedu ulftaa dhugaa ayoo tiyya

  • @obseebeenyaa
    @obseebeenyaa3 жыл бұрын

    Wooewwwwww

  • @aminatfentaw9171
    @aminatfentaw9171 Жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @makeyamakeya8352
    @makeyamakeya83523 жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤😭😭😭😭

  • @rahimaxahirrahimaxahir4865

    @rahimaxahirrahimaxahir4865

    Жыл бұрын

    Matii naa ta please sanyii 💞

  • @caaltuucaalaa2261
    @caaltuucaalaa22613 жыл бұрын

    Uuuuuuffffff 😭😭😭😭

  • @mucaadurbeemariyaamwaqayoo2086
    @mucaadurbeemariyaamwaqayoo20862 жыл бұрын

    Uuuuffffff harmeeee♥️😥😥😥

  • @sisaydiribaa3064
    @sisaydiribaa3064 Жыл бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @dasigutu8372
    @dasigutu83723 жыл бұрын

    Wawwwwbaye nama tola

  • @hlimultaa9218
    @hlimultaa92183 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @maufhsbf
    @maufhsbf Жыл бұрын

    😭😘

  • @user-jv7ij4bq2p
    @user-jv7ij4bq2p7 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤😂

  • @firrioromoo7184
    @firrioromoo71843 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ayyoo too uuuffff

  • @MdHasan-he7yr
    @MdHasan-he7yr3 жыл бұрын

    Hadha koo umrii dheraa naaf jiradhu yomiyu hamtu kee hin argin hin dhagaynis

Келесі