No video

Official Yadani Shifera Ani Wangeelatti hin Yeela'u Lakk. 4ffaa

Official Yadani Shifera Ani Wangeelatti hin Yeela'u Lakk. 4ffaa

Пікірлер: 100

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa22012 жыл бұрын

    Ambaasaaddara Waaqayyoo, Haadha faarfattootaa, faarsituu Mootummaa Waaqayyoo, Ati adduma Yoomuu, ebbi Abbaa fi nagaan isaa siif yaa ta'u. Dhuma dadhabbii kee argi Far. Yaadanii...Waaqayyo umurii irraa hafaa fi eebba hundumaa siif haa kennu.

  • @buzebekene5929
    @buzebekene5929Ай бұрын

    Ameeeeeeen ameeeeeen Ebbiffami yaddaniii Koo 🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️

  • @user-zs7ru4su8k
    @user-zs7ru4su8k6 ай бұрын

    ameen! namaan baay'ee jaaladhu fi kabajuu farsaan keessan yeroo hunda natti tola!! waaqayyoo sin haa eebbisu

  • @user-sz3qs1pw3b
    @user-sz3qs1pw3b7 ай бұрын

    Ebbaaf ta'ii farfannan inni laaphee nama raasu keenna waaqarraa ta'uusa nama hubachiisa .

  • @meseretraga3847
    @meseretraga3847 Жыл бұрын

    Akka deebi'ee hin cufamnetti bannameera ...................................................................Eebbiffamii nama waaqa

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata40257 ай бұрын

    Ammmmeen Ammmmmmeen ebbifamaa dachaa dachaan ebbifamaa ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @asmaredbabaa9971
    @asmaredbabaa997110 ай бұрын

    Ammeeen Ammeeen Ebifamaa waqayoo Isiin haa ebisuu jiradhaa

  • @user-ez7bv8ju3h
    @user-ez7bv8ju3h5 ай бұрын

    Really may GOD bless you & your family for your song it revise our soul

  • @shlomtbe6584
    @shlomtbe65847 ай бұрын

    Waaqayyo si haa eebbisu jabduu namaa!👏👏👏

  • @tesfayesentayehu6498
    @tesfayesentayehu6498 Жыл бұрын

    Farfaattuu kabajamttuu, simboo qabeettii ogeettii,suurafi ayyaanni waaqayyo kan irraa ifu! farfaattuu haalan, baraan , ammayyummaan hinjijjiiramnne Yaadokoo waaqayyo siyaa Eebbisu.

  • @Kaayyoof2000
    @Kaayyoof20007 ай бұрын

    Amazing Worship For The Holy Christ.

  • @ruhamaruhama
    @ruhamaruhama2 жыл бұрын

    Amen Amen yadani tenya ebbifamii 👏👏❤️❤️♥️♥️❤️💯amazing song good bless thanks lord 🙏🙏

  • @lilonagi862
    @lilonagi86210 ай бұрын

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeen Ebbifaami hadhookoo dachadhani ayaani waaqayyoo sifii haa baay.atuu Ebbifaami Yesuusii Kristosii goftadhaa Haalleelluuyyaa Haalleelluuyyaa Ameeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤📖📖📖💪💪💪💪✅✅✅✅🤲🤲🤲🤲💗💗💗💗

  • @keresabiyena7831
    @keresabiyena7831 Жыл бұрын

    Jaallatamtuu Yaadanii mucaa Yesuuskoo sin jaalladha. Kan kee itti Caalaa Bula... Itti fufi...Hin dhaamin....

  • @dawitkebede3511
    @dawitkebede35112 жыл бұрын

    Akka deebi’ee hin cufamnetti narraa banameera. Ameen

  • @meleslelisa8659
    @meleslelisa86592 жыл бұрын

    Ameeeeen! Guddaa Eebbifami Ayyaanni isaa dachaa dachaa sif haa baay'atu Yaadani hin dhabamin fannoo gooftaa jalaa

  • @dinkaolumaofficalchannel3307
    @dinkaolumaofficalchannel33072 жыл бұрын

    Eebbifamtuu keenya waaqayyo ayyaana isaa dachaa dachaa siif haa baayyisu.🎤🎧🎵

  • @MebrateTamiru
    @MebrateTamiru13 күн бұрын

    Eebbifami yaadii

  • @agghazieh7322
    @agghazieh73222 жыл бұрын

    ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ebifamaa maqaa iyesusi nii haleluyaa haleluyaa ulufadhuu iyesusi

  • @alemunegesu327
    @alemunegesu3272 жыл бұрын

    WANGEELI HUMNA WAAQAYYOOTI!

  • @milkisaregasa4583
    @milkisaregasa45832 жыл бұрын

    Dachaa ebbiiffami

  • @boniboni5774
    @boniboni57742 жыл бұрын

    Yadoo KOO bayyen sii jaldhaa naaf jiradhuu umurii dheraa ebifaam Ameen anii waggaltii hin leyuu uftulumaa hin qabduu durmaa kassatee dhugaa bayyeen sii jaldhaa yadoo koo

  • @danielalemgena5787
    @danielalemgena57872 жыл бұрын

    Yaduu lakkofsaa 1saa Alabama gutusaa maloo nabarbadii

  • @meserettadasa4601
    @meserettadasa4601 Жыл бұрын

    Umurii nuuf dheerradhu yadoo

  • @olii3498
    @olii34982 жыл бұрын

    Eebbifami yaadoo

  • @toleraetana321
    @toleraetana3212 жыл бұрын

    innichi ganama sun hammas hammas bara baraaf ayyaniichi sirratti haa daddabalamu. ameen

  • @samuelabera2630
    @samuelabera26303 ай бұрын

    waaqayyoo siihha eebisu

  • @keyadhaile4320
    @keyadhaile43202 жыл бұрын

    Ebbifamii giftii koo

  • @tadule1238
    @tadule12382 жыл бұрын

    ameeen.ameeeeen.ameeeeen.ebifamiii.waqayoo.siaa.ebisuu.nuf.jiradhuu.haadhoo.koo.uuuuuuuupppppp.I.LEVO.🤲🤲🤲🙏🙏🙏❤❤❤

  • @user-ng6ug6ip9g
    @user-ng6ug6ip9g10 ай бұрын

    ❤❤❤ amen amen amen

  • @ephremdeseaofficial163
    @ephremdeseaofficial1632 жыл бұрын

    Eebbifami waaqayyo baraaf tajajila kee haa eebbisu!

  • @bundekoo9443
    @bundekoo94432 жыл бұрын

    Yadookoo sijaalanaa

  • @DawitLemma-sf1wu
    @DawitLemma-sf1wu Жыл бұрын

    Eebbaaf ta'i!! ati fakkeenyaa fi obboleettii keenya hangafaati.

  • @dawitkebede3511
    @dawitkebede35112 жыл бұрын

    Si yaa eebbisu

  • @bontuubushaa7153
    @bontuubushaa71532 жыл бұрын

    Wawoooooo goftaaan SAA ebbisuu giftiikooo yaddooo❣️❣️❣️❣️❣️🥰🥰🥰

  • @EdosaTerfa
    @EdosaTerfa2 жыл бұрын

    eebbifami yaadanii keenya nama guddoo keenyaa si jaalanna nuuf jabaadhu

  • @jiregnadaksa8733
    @jiregnadaksa87332 жыл бұрын

    Sagalee bilbila akkasii siif kennuu Isaaf Gooftaa galateeffadhu! Unique!!

  • @michuudhugaayesuus6311
    @michuudhugaayesuus63112 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeen Barri keef manni kee haa Eebbifamu waanan jedhu hin qabu yadookoo ❤❤❤❤🙏🙏

  • @hannahana9022
    @hannahana90229 ай бұрын

    Ebifamii Ebifamii Ebifamii ❤

  • @chaltud4543
    @chaltud45432 жыл бұрын

    Ameeeen ameeen ameeen yaadoo waaqayyoo bara kee haa eebbisuuu dhugaa

  • @tarekegngeremu2662
    @tarekegngeremu26622 жыл бұрын

    Eebbifami jaallatamtuukoo

  • @hessaalmansoori4254
    @hessaalmansoori42542 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ebbifamaaaaa Ebbifamaa dachadha 📖📖📖📖📖🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️

  • @bontubedesa
    @bontubedesa11 ай бұрын

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen 🙌🙌🤲🤲🤲❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥

  • @yawahremedia8569
    @yawahremedia85692 жыл бұрын

    Uuuufffeeeee ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen

  • @bonsaabera6734
    @bonsaabera67342 жыл бұрын

    waaqayyo amma iyyuu ayyaana isaa sirratti haa irraanfatu yaadiiiiiii

  • @firewasefa232
    @firewasefa2322 жыл бұрын

    YEESSSS...An Wangeelatti hin yeella'u inni humna Waaqayyooti..Isatu karaa jireenyaa namatti hima!!!

  • @fakibekele8322
    @fakibekele83222 жыл бұрын

    ameen,ameen ayyaani isaa dacha dachan siif haa baayatu

  • @user-wg2cj8kr5d
    @user-wg2cj8kr5d11 ай бұрын

    Ameen ebifamii

  • @dejenetesfa9629
    @dejenetesfa96292 жыл бұрын

    atuumti nuu jiraadhuu ayyanii goofta maacaa sirratti waal haa ga'uu. humna ittiin dhuugaa waangeela laabsitu siif haa baayatu. eebbifamiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii

  • @leeniitube5078
    @leeniitube50782 жыл бұрын

    Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuuuuufffffeeeeeee Ebifamii dacha ebifamtukoo 💕🙏🙏❤️❤️💞💔💔💕🙏💕

  • @tarekegngeremu2662
    @tarekegngeremu26622 жыл бұрын

    Akka deebi'ee hin cufamnetti narraa banameeraa Adamsituu lubbuukoo sana waaqayyoo waraane

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa20942 жыл бұрын

    Ayyaanni siif haa baay'tu Yaadoo ADARAA Maatii naaf ta'aa KAYO BABU OFFICIAL

  • @aragusori5021
    @aragusori50212 жыл бұрын

    Ameeeen ebbifamtuko ebbifamii goftan ayyanasa sif haa ♥ bayyisuu

  • @lensamulunafamily5103
    @lensamulunafamily51032 жыл бұрын

    Well com yadan koo baga nagan dhufte😍😍😍👌👌👌👌✅✅✅✅✅✅✅✅

  • @Aberashleqa
    @Aberashleqa2 жыл бұрын

    Ameeni ameen ameeni ebbifami waqaayyo kanuumani calaatti balibala farifanna sitii yaa Banuu ebbifami 🙏🙏❤️

  • @monidejenetech9192
    @monidejenetech919211 ай бұрын

    Eebbifamtuu❤

  • @user-cm2bq5wj3t
    @user-cm2bq5wj3t11 ай бұрын

    Amen 🙏🙏🙏🌷 Amen 🙏🙏🙏🌷 Amen 🙏🙏🙏🌹 uuuuuuuuuufffff 😭❤❤❤

  • @dinkadinka3151
    @dinkadinka31512 жыл бұрын

    Ameen ameen ebbifamii dachadhaan yadahini baayyee siin jaladhaa ♥️♥️🙏🙏

  • @gimeream4045
    @gimeream40452 жыл бұрын

    Ameeeeeeeen ebifamiii dachaaa namaaa koo ♥️ humanaa qaba dhugaa ✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️📖✍️💌❤️🎸🎸🎸🎸🎸🎸

  • @GETUSHOW
    @GETUSHOW2 жыл бұрын

    Woooooooow Dibamtuu koo dhugaadha , wangeelli humna waaqayyooti!

  • @alexoasori2797
    @alexoasori27972 жыл бұрын

    Ameen👍👏 bayeettii koo eebbifami

  • @tsedaledureso6823
    @tsedaledureso68232 жыл бұрын

    Ebbifamaa

  • @natolars
    @natolars Жыл бұрын

    Sagalee kee baay'een jaalladha. ❤️

  • @lomitufeyera6917
    @lomitufeyera69172 жыл бұрын

    Amen Ebbifamii 🙏🎧

  • @almanalfrp7271
    @almanalfrp72712 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen ebifama uuuuuffffeee Luubbuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @haran1234
    @haran12342 жыл бұрын

    Eebbifami

  • @srgo6232
    @srgo62322 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamaa dachaa dachaa

  • @bikltuchalte7771
    @bikltuchalte77712 жыл бұрын

    ebbiffamii obbletii koo barii kee a’eebbifamuu❤️❤️

  • @biftuubiftuuiluuiluueee3021
    @biftuubiftuuiluuiluueee30212 жыл бұрын

    Uuuuuuuu fffffffff Ameeen Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen ebbifamii ebbifamii ogeetii kooo

  • @belayneshmegerssa1507
    @belayneshmegerssa15072 жыл бұрын

    You're blessed!!!

  • @hachaludiribsaofficial2274
    @hachaludiribsaofficial22742 жыл бұрын

    Iyyeen ililcha Ameen Ameen

  • @mergadaba4191
    @mergadaba41912 жыл бұрын

    Yaadoo baayyo si jaallannaa

  • @tikymada2569
    @tikymada25692 жыл бұрын

    Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè Aeeeeeeeè 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💔💔💔💔💔💔💔

  • @jakobm1468
    @jakobm14682 жыл бұрын

    Baga Waaqayyo kanaan sin ga'e ammas kan kana caalu biraan si haa qaqqabsiisu Waaqayyo inni afuura akkasii kana si keessa kaa'e maqaan isaa haa galateeffamu

  • @tshlove1374
    @tshlove13742 жыл бұрын

    Ammmmmmeeeeen Ammmmmmeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤

  • @belayneshmegerssa1507
    @belayneshmegerssa15072 жыл бұрын

    God bless you!!!

  • @alamalam4398
    @alamalam43982 жыл бұрын

    ebbifami goofta siyaa ebbisu ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏

  • @koofiabdiijiraa6338
    @koofiabdiijiraa63382 жыл бұрын

    Ameen Ameen ebbifamii yadduu koo

  • @darartuabebe585
    @darartuabebe585 Жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeererere

  • @FaaruuWaltaaneet
    @FaaruuWaltaaneet2 жыл бұрын

    Ameen Ameen

  • @dawitkebede3511
    @dawitkebede35112 жыл бұрын

    God Bless you

  • @derartudebeloo9791
    @derartudebeloo97912 жыл бұрын

    Ameen Ameen God bless you 🙏

  • @asnqechshumye9852
    @asnqechshumye98522 жыл бұрын

    Ameen Ameen ebbiifami

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala74912 жыл бұрын

    Ebifamii🙏❤❤❤❤❤

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa2 жыл бұрын

    Uuuuufffffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏 ❤ ♥ ebifamii ❤

  • @BontuAmbo-uv8cx
    @BontuAmbo-uv8cx11 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @bilisemotuma5316
    @bilisemotuma531611 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @musemulu6871
    @musemulu68712 жыл бұрын

    🙏

  • @iamme2058
    @iamme20582 жыл бұрын

    BAGA NAGAAN DHUFTE

  • @asterrahal4433
    @asterrahal44332 жыл бұрын

    Uuuuuuuuameeeneebifffffff

  • @GadoTasisa
    @GadoTasisa2 жыл бұрын

    NARRAA BANAMEERAA

  • @Sarontube
    @Sarontube2 жыл бұрын

    Ebbifamtuu Koo uffeee Ani wangeelatti hin leya,uu inni humnaa waaqayyotti Warraa baddisaraa jireenya barsisee Wangeelii inni humna waaqayyotti Wangeelii inni abidaa waaqayyotti Ammayuu waaqayyoo baraf jireenya Kee dachaa haa ebbisuu hubbanaa ogummaa kana caaluu siif haa kenuu dachadha sirratti haa dabaluu ayyaanaa siraa hedduu jaaladha kutatuu Koo 💔 Waan hin jiree isaa jiraachisaa Argaree hoo ✍️✍️✍️ Jaalalaa afaan isaa saqataa Dhugadham wangeelii dhungadhaa❤️❤️❤️❤️❤️

  • @destainoro1112

    @destainoro1112

    2 жыл бұрын

    Ameen Ameen waaqayyoo isinii Eebbisuu

  • @boontuushifarraaraggaasaa8876

    @boontuushifarraaraggaasaa8876

    2 жыл бұрын

    Gad

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku57802 жыл бұрын

    𝐀𝐬𝐡𝐮𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐜𝐡 𝐄𝐞𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚

  • @daandiijootee579
    @daandiijootee579 Жыл бұрын

    Eebbifami

  • @aregtamiru5061
    @aregtamiru50612 жыл бұрын

    Ameen Ameen

  • @KenbonTariku
    @KenbonTariku11 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤