Obbo Jawar Mohammed Marii araaraa Mootummaa fi ABO guyyaa arraa abbootin gadaafi haadholii
Жүктеу.....
Пікірлер: 677
@firiyyefirii1734 жыл бұрын
Uuuufffff jawar jawwee ija Oromo 😍😍😍😍😍😍lubbuu ko oto siif dabarse dhuga waqayyoti natti hin dhaga.amu Oromticha qulqqullu kan dhugaaf dhaabbatu si argee😭 Yaa waqayyoo ko Ati Umurii jawar nuuf dheeressi nuf tiksii 😢😢😢
@Kamariya-nd6xt4 жыл бұрын
Jawarii♥️♥️♥️♥️♥️♥️💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻 jiradhuu homaa sin tuqinii. Umurii dheradhuu.
Maltu sii hafe kanara ni dhugudhe dhiga obboleti koo waqqayo ibdaa bar bar kessa sii baasi dhuguma oromumaf wan quqamtu Senee garu ya ni kee kan biroti sobaaaaa
@sukarejalatujawarifihacalu2671
4 жыл бұрын
Simatii haa debisisuu inni namaa oromoofii dhabatee malee inni sobiduu mitii ok
@@sabbontuarsiiasallaa1159 dhuga waan jirtuu hin dhoskin
@hey1232
4 жыл бұрын
amen amen amennnnnnnn
@user-wh6xn9ki3m
4 жыл бұрын
ለካ እውነት ነው እስላም ሰውን መግደል ትልቁ ደስታቹ ነው ምድረ አራጅ
@hey1232
4 жыл бұрын
@@user-wh6xn9ki3m= Get The Fuck Outta Of Here....You Fake Wanna Be Oromo...lol you dont make any sense dedebe ዞሮ ዞሮ አማራ ከአሽሙር እና ከሥድብ አይወጣም ....ፎኮቴ ቶርቶራ ሁላ በተሣዳቢነት አርባ ክንድ ምላሥ ጭንቅላት እንቦጭ ሁላ..... ❤️💚❤️👍🏽✌🏽💪🏽👏🏽
@zmzmzmzm52444 жыл бұрын
maash Allah maash Allah lencaa kenyaa sanyii Abbaa Gadda
Пікірлер: 677
Uuuufffff jawar jawwee ija Oromo 😍😍😍😍😍😍lubbuu ko oto siif dabarse dhuga waqayyoti natti hin dhaga.amu Oromticha qulqqullu kan dhugaaf dhaabbatu si argee😭 Yaa waqayyoo ko Ati Umurii jawar nuuf dheeressi nuf tiksii 😢😢😢
Jawarii♥️♥️♥️♥️♥️♥️💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻 jiradhuu homaa sin tuqinii. Umurii dheradhuu.
ጀዋር እስከዛሬ።እጠላህነበር አሁን ግን እውነታውን አወኩኝ ያተ ጠላት ድብን።ይበል አተ ለእውነታው የቆምክነው ኑርልን አላህ ይጠብቅህ
❤❤❤❤goottaa onnee kuma ija diinna irra haafiii homa dhuga dubbatuf si ajeesuf deemti nafxanyan ❤
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Waaaawwww Jaweko ati sidesse oso lakku nuf desse kana awwinko yero Mara Tokkicha qixa kuma Tokkicha onnee kuma Waaaaawwwwww jechi arrabaketi akkan kan nama qabanessu rabbin hamtu sirra haqabu ija Oromo koooo ❤️❤️❤️🙏🙏 nuf jiradhu wagga 1000 Umri warra fayida male ba’a dacherratti taterra siif haqodu leccakoooo 💝💝💝
😭😭❤💚❤💪💪☝👈yaa rabii umrimaa isaa nuu dheresii lubbuu kiyyaa amshirii rabumatuu jiraa
@AdamfarahaliAdam
4 ай бұрын
❤❤
@AdamfarahaliAdam
4 ай бұрын
❤❤
odoo abiyii fi lamanisiu sabaa ofii fudhanii odoo oromoo fudhanii araa silaa malii qabaa akaa jawarii kanaa dhiraa dhiraa.calkudhugaa😍😍😍😍😍jawar 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💞💞
Jawwee sanyii leencaa jabaadhu Nama qofa miti rabbis si cina jira💔
Yaa rabbi jawar Amaana hundi issanitu nuufi tiikassi yaa Allah
Yaa rabbi jawwee keenya harka diinatii nuu baasii fayyaa isaatis nuuf kenniif yaa allah
Mashaa Allah Yaa habibii galbii Dhugaa jirituu kanumaa
Dhugaa jetee leccaa ijaa kulaa jabadhuu rabbiin si wojiin haa jiratuu dhugaan tee irraa haa atuu ishaallaah 💪💪💪👍👍jabadhuu yaa jajabee koo
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Jawee koo ija koo guute si ilaalu nan dadhaba wanuma duuti natti faakkata rabbii guddan na arga egasi keessi koo sirri miti iribnis nan qabu yaa rabbi jawaar amaana harka kee kaawane ati nuuf egi humna cimaa kan qabdu☝
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Ana dhaatu ijja Itophiyaa Joowara keen haamtun sii hin ergin yoomiyuu 💪💪💪💪💪💪Rabbin sii haa tiiysu ☝☝
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Yaa jawwarii keenaa Rabbi dinaa sirraa haqabbuu inshaallaa jabadhuu
Immaa dhiraa jabbadhu immaa dhalatee mashaallaah mashaallaah rabbii urmii isin ha dheresuu inshallah
Jawweee itti himmi akkanati kinnoo lencaa kenyaa dhugaa jirtuu tanuma💔💚💔
Abiyii Ahmad akkaa jawaari Muhammad Kani maafi waa,ee oroomo hin dubatuu jawaari Koo I Love you ❤️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Jawee lenca oromoo yarabii nu basii harka zalimatii yaa alla 😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤☝☝☝☝☝☝☝ Yarabi jawee sihti amana yaa alla
Dhugaan jiru kanuma Jawwee Sodaa Tokko malee itti himi Akkasitti 👌👌👌👌👈Ofii isaaniti kabaja ummanni oromoo isaaniif qabu wallaalani. Jabaadhu 👍
@yrggdg8927
4 жыл бұрын
Jamaal
@muniram453
4 жыл бұрын
Masha.alla dhuga.jirtu.kaan
@abadiijiraaiyasusii5730
4 жыл бұрын
Uuuuuufffffi yes yes ilove you jawee👍👍👍👍👍👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽
@user-ky6nw4oe2i
4 жыл бұрын
አተብግ ይድፋህ
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
lencaa koo bakkaa demtuutii rabii sii waliin haa ta'uu jawee koo uumphaaa ijaa oromoo 💖💖💖💋💋💋💯💯💯💯💯💯💯
@kotuuqopanjiraa6889
4 жыл бұрын
Dhugaa jetee dhiraa dhiraa caluu
@asnakuasnaku7398
4 жыл бұрын
Dhugaadha Lencaa Kenyaa
ጀውሀር ጀግና የቁርጥ ቀን እውነት ተናጋሪ ለእውነት የቆመ እንወደሀለን ምርጥ አንደበት አለህ🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@zanebawel1670
4 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍
waaawoo jawar kenyaa lencaa abbaa oromoo nuf jiradhuu si fanaa jiraa yommiyyuu
የቁርጥ ቀን ልጅ ለእውነት የቆመ የአንበሳ ልብ የተገጠመለት ጀግና. UUUFFFF Mootii keenna ta'i.
@bayushdebele572
4 жыл бұрын
Yasew Jeb
@hawitelila9f5
4 жыл бұрын
he's our hero😍😍😍😍love you jawar 💖💖
Ijarra hafi leenca ilma abba gadaa rabbi hamtu sirra haa qabu jawwe keena
Abo Jawra Muhamada Rabbi kiyaa Umari nufi dhererasuu 💗💗💗💗💗💗
Inshaallalha dhugaani hin dhokkatin Rabbin ummri keessaan nuff haa dherresu
❤jawaar mahmaad gotaa oroomoo dhiraa gafaa xiqqi kan dhugaaf sobaa addaan basee dubaatuu💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Mashalla mashalla WOW WOW WOW my brother Long life for you and your family we love you 👂👂👂👂you are our hero 💓💓💓💪💪💪💪💓👂👂💓.
@seadetubseadetub4048
4 жыл бұрын
አት ካብት
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Maashaa'allaah!! Rabbiin ol ta'e jaarsa araaraa isiin haa taasisu.
Ya RABBI umuri jawaar nuuf dheresi ya Allah ati 💚❤💚 namni oromoo midhu ofiti debi'e ofhamiidhu insha Allah
Nuuf jiradhuu lencaa kenyaa ijaa dinaa irraa nuu hafii💞
Mashaa Alla rabbii sii haa jabesu itti fufi
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Maashaallaah rabbin umrii sii haa dheresuu nuf jiradhuu damaa damuu
Dhugaa jetee leccaa ijaa kulaa jabadhuu rabbii si wojiin haa jiratu dhugaan tee irra haa atuu inshallah Allah 💪💪💪💪💪👍👍
@user-or9mv3zp9e
5 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤
Leenca koo sodaa tokkoo malee ittii himi ❤❤❤❤😍😍😍
Wwww itti himii akkasitti irra deemiiti jiraadhuu leenca kennaa garaa nageettee aboo fayyaa argadhuu milkiin sifyaatahuu
Ayi jawwe koo waan ati dhuga isaa fuldurati itti himtuf shira nurrati xaxani hace nyatani ummata kenyaa bayyes haceti dabalani isinile hidhati gurte salphatun opdon rakko kana umufu opdon arari kun akka hin milkofne godhe shane jedhe oromia fi ummata kenyaa shororkessa jiraa
dhugaa jeetee leecaa keenaa 💘💘💘💘💌💌💌🌷🌷🌷🌷😍😍
Dhugadha jawwee ijaa oromodha👍👍👍😍😍❤❤❤❤❤
@tigistigetu7473
4 жыл бұрын
👏👏👏👏👏👏😭😭😭😭😭😭🌹🌹🌷🌷🌹🌹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Ayii jawaar dhiira akkakee waaqayyo nuuf haa dabalu kutataakoo💚💚
Jawwee Koo Leencaa koo dhugaa Oromoo kan beekuu si qofa .Duuti sii dhufee anaa fudhattuu. Neutral party jechuun si qofa filannoof qophaa'ii.
Alhamudulillah alhamudulillah alhamudulillah alhamudulillah alhamudulillah Masha Allah jawarii onee nu dhukuba dhisii galatomii Lubuu
@lucooapp4206
Жыл бұрын
Dhugaa kettii faxumaa subscribe godhii matii naf taii galtomii
Wanumaa dhugaa dubatuufi sii jibani jaawee koo rabbii ijaa hamtuu iraa haa qabuu
Maashaa'allaah!! Ammas irra deebi'ii dhaladhuu. Rabbiin ol ta'e si haa tikkisuu. Aamiiiiiiiiiiiiiiin Yaa Allaah.
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Rabbiin Aduwwii sirraa haa qabuu iddoo ati deemtuuf iddoo ati teessutilee leencaa koo ija ilmaan oromoo 😍💓💓❣❣💞💞💪💪💪👈
@sadaahjundii82
4 жыл бұрын
Nuf jiradhuu jawiyeee 💖💖💞💞💖💖💞💞💖💖💞💞
Ofi.. eggadhuuuu..... leennccaaakoo sobdunii akaa siti hin siiqqiinneee naammaa siirrii 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘
Dhugaan jiruu kanuma jawar kenna galatoomii hamaaf hamtuu dugda gala sirraa hagodhu Rabbi siha eeguu jabaadhu lammiketif homa hinhambifanne
Oromoo Tiyya 😭😭Jawwee ko❤️❤️❤️ jegna koo 🐅🐅🐅🐅Amana isiniti haa taa uu☝️☝️☝️☝️☝️💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
Attamitti Galuu Obbo Juwar Mahameed Qaama Sadeeffaratti Hoo Hin Hirmaanne Abiy Noo
Lecaa koo ijaa hamtuu siraa haqabuu Limaa Abaa gadaaa jawaar koo😍😍😍😍
Maltu sii hafe kanara ni dhugudhe dhiga obboleti koo waqqayo ibdaa bar bar kessa sii baasi dhuguma oromumaf wan quqamtu Senee garu ya ni kee kan biroti sobaaaaa
@sukarejalatujawarifihacalu2671
4 жыл бұрын
Simatii haa debisisuu inni namaa oromoofii dhabatee malee inni sobiduu mitii ok
Yaa jawar leencuma bar atii walahii akkasitii itti himii garaa nuu qabanesitee walahii jawee nuuf jiradhuu tokkichaa akka kuma umrii nuf dheradhuu
Yaa rabbi jawee umrii isaa nu dheressi yaa Allah hamatu isaa Ira nu qabi
Rabbiin fayyaa sii keennaee urmii dheeraa sii haa jirachisuu dhugaa dubata kenyaa❤❤❤👍👍👍👍
@AffectionateFrog-km9jg
2 ай бұрын
Okee
@AffectionateFrog-km9jg
2 ай бұрын
P Jowar
Oromo-koo Jewee-koo God is with us stay strong....😍😍😍
Mashalaa Allaah jawari kenyaa nuufi jiradhuu
@ahamadwalloo2722
4 жыл бұрын
Jawwar
Kijibaa nii motummaa dhaa 😔😔
Nuufjiiradhu
Masha allah ilmaa aba gadaa umuri nuf dheradhu
Odu hara Walloo kamise ❤❤
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Yarabii tokuma nuf kenii hayyu kenya umrii nufdheressi
Jabadhuu leencaa ilmaa abbaa gadaa waqayoon siwajiin haa ta uu
JABAADHU OROOMIYAA,UTUU JAWAAR JIRU HIN HAFTU BOODEETII. LEENCA SABAA ABBAA QERROF BILISSUMAA.
Abbaa dhugaa ati abbaa fedhee callttaa ammaas rabbiin umrrii sii hadhereessuu biliissuuma dhugaa sii haa dhandhaamssiissuu
Rabbi umrii sihaa haa dharsuu
Nuufi jiradhuu sanyii leenca 💜💜❤❤
Jawwee abbaa dhugaa😍😍
jiraadhu ammalee umrii sii haa dheeresuu ilmma abbaa gadaa
Ana nyaatu Leeca dhugaa duubatuu jawar ijaa qeerroo ijaa umaata Rabbii si waliin haa ta,u jawar sanyii goota Abba dhuuga
Mashalaah ijara haafaa jawery
💚💛❤👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪jawaar Thanks you beautiful I love you
@tadetade281
4 жыл бұрын
Wwwww bay.ee namati tola waqayoo si nuf ha jirachisu kaa lenca oromti ati rabbi sifana haa ta.u.
Jabadhu tokicha dhugaan oromoof dhabate
Dhugaadha. Dhugaa dubbadhu bakka siittii dhiyyee bullii jedhe oromoon. Akkana hayyuu Oromoo.
jaweee ija ibida ana nyaatu Lecaaa oromoo
♥️♥️♥️♥️ nuuf jiraadhu jjawee kenyaa namaa aqaan jiraatu rabii sii haa tasiisu
Jawhar our hero❤🍁🍁we love you 💟keep up the good work 💟💟💟💙💟💟💟 🌷🍁🌷🍁🌷🍁🌷💙🍁🌷🍁🌷🍁🌷🍁🌷
Waawoo jawwe koo nuuf jiradhu baaga jaala sii basse rabbin 👍👍👍👏👏👏👏👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤💛💝💝❤❤💪💪💪💯👈
Uuuuuuffii gotaa ko rabbiii din harkkaa si ha basuu homaa attii dhuggaa dubatufii si jibbani
Yaa rabbi jawaar kenyaa abba haqaa dinna irraa nufi qabii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Rabbi bichaa dinna sirra yaa qabbu kanni sih ajessu demmu du'aa mataa isaa yaa godhu❤️💚❤️
@AaSs-mi5hg
4 жыл бұрын
jawarii👎👎👎👎👎
Jawe jawe jawe ante skaleh dires oromo ayafrim nurilin u are the only true speaker in this socity
Jewar ewnet kalawera erasun yamewal yene geta kayn tref❤
Jewar jigna 💔😘😘😘😘😘
Hardhaatti sin dessii gara ishi haa ebbifaamu leencaa oromoo nuf jiradhu
Yaa abba Qero oromiyaa👍👍👍👍👍 kana itti himaa yo kaa dhagayani
Jawee tokicha akka kuma rabin umurii sih haa dheressuu ija zalima irra hafii onee lubuu ❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@hassenusmael1446
3 ай бұрын
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Jawar Jawar Jawar 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Jawwee ☝🙏🙏🙏🙏yaa rabbii nuf tikkisi
አላህ ይጠብቅልን ጀግናው የሰብኣዊ መብት ተሟጋች
Huullu endant hqun frxerx yamidrg jagna ybzaalen jawer bxam ewdhalwe mnale andanth ayntuu bamnrawe 1 benor yet badrsen we love jawer god job bqa manenm ayfram quch hqunn tangro yamsebet mader barta laoromo hzb talq sexota nh 💪💪💪👍👍👍😍😍😍💕💕💕💕💕
Jawe kiya rabbi umuri si hadhersuu
yaa Waaqayyo atii biyyaa kenyaa itophiyaf nagaa ,arara,jalaala, tokkumaa nuf kenii jechaa hunduu Waaqayyo nuf kadhaa kesatuu lamiin oromoo dhigaa namota sexxana hin obasina waranara waaqaa kadhadhuu wayya isatuu fuftudhaa kan hundayuu🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹ko sinan jala
ስጽታን ነክ እግዚአብሔርን ያፈራሀቸው ውንድሞችክ ይናገራሉ በእውነት ውጣቱ ለጥይት አዝጋጅ
Gotaa onnee kumaa atumaani jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa keeti jawwe rabbi biyya keenya naga nuf ha godhu tokkumma keessan isiinif ha jabeessu
Jawwarii kenyaa rabbiin ijaa hamtuu siraa haa qabuu
D. r jawar ❤
Jawar our hero we love you 😍
@sabbontuarsiiasallaa1159
4 жыл бұрын
Dhuagaa jiru kanaa amaa bodaa nufii jiradhuu yaa lecaaa oromoooo
@rachidas5364
4 жыл бұрын
@@sabbontuarsiiasallaa1159 dhuga waan jirtuu hin dhoskin
@hey1232
4 жыл бұрын
amen amen amennnnnnnn
@user-wh6xn9ki3m
4 жыл бұрын
ለካ እውነት ነው እስላም ሰውን መግደል ትልቁ ደስታቹ ነው ምድረ አራጅ
@hey1232
4 жыл бұрын
@@user-wh6xn9ki3m= Get The Fuck Outta Of Here....You Fake Wanna Be Oromo...lol you dont make any sense dedebe ዞሮ ዞሮ አማራ ከአሽሙር እና ከሥድብ አይወጣም ....ፎኮቴ ቶርቶራ ሁላ በተሣዳቢነት አርባ ክንድ ምላሥ ጭንቅላት እንቦጭ ሁላ..... ❤️💚❤️👍🏽✌🏽💪🏽👏🏽
maash Allah maash Allah lencaa kenyaa sanyii Abbaa Gadda