Miseensonni ABO Shanee 28 harka kennatan.

Ойын-сауық

Aanaa Boosatitti Miseensonni ABO Shanee 28 harka kennatan.
Miseensonni ABO Shanee 28 Aanaa Boosatitti harka kennatan.
OBN Amajjii 17,2016- Miseensonni ABO Shanee 28 Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti harka kennatan.
Miseensonni ABO Shanee harka kennatan kunneen Samichaafi ajjeechaa Uummata Oromoo irrattii raawwachaa turreef dhiifama gaafanna jedhan.
Namoonni kunneen gochasaaniitti gaabbus himaniiru.
Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: KZread.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat...
Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica
Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Tiktok : / obncyber
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Teeleegraamii:t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/obnradio/
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Пікірлер: 108

  • @user-qi3hx8cr5k
    @user-qi3hx8cr5k5 ай бұрын

    Waayyoo sonduu dhisii kun dhugaa irraa waan fagatedhaa sobaa dhisaa 🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐

  • @tajirabdujebar1987
    @tajirabdujebar19875 ай бұрын

    the ABO army did not fight for the name and leave the lies

  • @YohanesGerma-ew2no
    @YohanesGerma-ew2no5 ай бұрын

    Midiyaa pp Abaramtuu kijibaa dhisaa

  • @SultanTola
    @SultanTola5 ай бұрын

    Maaloo kijiba dhisa. Woranan W B O Ballessuf dhadhabnani kijiba Afuufartanii😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Yon-se4ie

    @Yon-se4ie

    5 ай бұрын

    kijiba maaliti mee , nagaan warri galee warra uummata oromoof yaadaniidha nagaa feena nuti

  • @chaltuethiopia3736

    @chaltuethiopia3736

    5 ай бұрын

    wbno diinnaa oromotii oromo saamanii qee'eeraa buqiisaa jiiruu dhugaa rabbii nannoon anii itii dhaladhee 😪😢

  • @HamdiyaaAhmed-xc8mp
    @HamdiyaaAhmed-xc8mp5 ай бұрын

    Kuni humna addaa oromiyaati malee shanee miti miidiyaa kijibduu

  • @alemayehunaaol3681
    @alemayehunaaol36815 ай бұрын

    Soba akka gaariiti nama barsiisa jirtu!!! Fiilmii dadhama iskirbiti nama dadhabaan barreeffame!!!

  • @nejimudinnura5677
    @nejimudinnura56775 ай бұрын

    rabbumaa jedhaatii soba kana dhiisaa.abon tokko harka kennateyyuu hinjiruu

  • @user-mv7oj3dr6r
    @user-mv7oj3dr6r5 ай бұрын

    Kijibduu hattu maqaa oromoo qabatrani kijubuun kessan nama ajaa iba bitamo suuran keesan sin qabannerra abshira hojii keesan itti dhuftan 😢😢😢

  • @sagalseeqashow6611
    @sagalseeqashow66115 ай бұрын

    Yaa bulchaa aanaa boosat kijiba kana hin dhiftu taanaan ni turti malee ni dhufti lakks bilbilaa kee Suura kee eessa akka ati galtu si hordofaa jira Birr Ethiopia jecha dhugaa hawaasaa dhoksite Guyyaan tokko inuma dhufa kan gatii kee argattu

  • @Yon-se4ie
    @Yon-se4ie5 ай бұрын

    waan jajjabeeffamuu qabuudha

  • @DambiDolo

    @DambiDolo

    5 ай бұрын

    ኬሻ ዉርጋጥ

  • @user-gh9mz3yu4v
    @user-gh9mz3yu4v5 ай бұрын

    HARE WAYII WA,EE ABO MALLITI BEKITA KUN KAN SHIMEEN IJAREDHA MALLE KAYOO WBO QABATE BOSSONA GALTE HOSOO IN TANE KUN FIQETUU IJARATE

  • @user-ky1xp7ul5s
    @user-ky1xp7ul5s5 ай бұрын

    Hatuu maqa oromoo hin balesin abagaraa hatich

  • @hawwiijaalmarroo634
    @hawwiijaalmarroo6345 ай бұрын

    Maaf sobdu garuu dhugaaf jiraadha jireenyaa gababduu kanaf jechaa hin sobina shaan haadha kee hin bulchiin kun shanee motummaati malee ABO luqaatu akkasi mitii😂😂😂hafuftuu😂😂😂

  • @user-sl6rq3go4l
    @user-sl6rq3go4l5 ай бұрын

    HOOO AKKAM SOBDUU ISA HAASA'A JIRU KANA NAN BEEKA POOLISII HUMNA ADDAA OROMIYAATI.HOOOOOOOOOOOOOHOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOOO

  • @ahmadoyaquub2864
    @ahmadoyaquub28645 ай бұрын

    Afuftu oduu afuftu. Dhalonni Amma Kuni kan mafiaan akka kessani Kun shawaduu miti. ya dhite kufa.

  • @SultanTola
    @SultanTola5 ай бұрын

    Gatii harka keessani hin argattani muddamtani kijiba jammartani gantuuwani 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @inspirethenation6299
    @inspirethenation62995 ай бұрын

    Baga galtan! Shanee haftes waamaa! Waan sin haasoftan kun hundu dhugaadha!

  • @DambiDolo

    @DambiDolo

    5 ай бұрын

    ቅጥረኞች በርቱ

  • @YohanesGerma-ew2no
    @YohanesGerma-ew2no5 ай бұрын

    WBO Wabi Saba ittii mudii pp ha alba'ani

  • @sefujihad1576
    @sefujihad15765 ай бұрын

    Sobduu haadha keessaniidhaa Saroota kana

  • @x61gameslite84
    @x61gameslite845 ай бұрын

    Uuuuu kun soba dhugaa rabbii pp. ABO daabee dachaa koo

  • @Yusufiluu6549
    @Yusufiluu65495 ай бұрын

    Ummataa kijiibaa Kuun WBO miitii kijiibduutatoo

  • @awalbale3626
    @awalbale36265 ай бұрын

    Rifensaa hoo yoom ciratan garuu

  • @ayanabultuma5550
    @ayanabultuma55505 ай бұрын

    Kkkkkkk dhugaa rabbii utuun koolfu du, en olee warreen suura irratti mulaatan keessa namni lamaa polisoota oromiya tti qaamnan waal beekna garuu seenaan hin dagatu. guyyaa waan ammaa afan dubbute kana gatii isa argachuf jirta..ani namaa akka kanaatti jedhe akkasitti si yaadee hin beeku birrf jette warra dhugaa akkasitti yemmuu maqaa balleessitu guyyaa tokkoo ni gabita nan beeka ani miseensa RIB dhisa kijiba akkasi

  • @darartuoromiya6646
    @darartuoromiya66465 ай бұрын

    Shaane bifaa issaan horin beekaa ayyii motumma sobduu 🤪🤪

  • @SultanTola
    @SultanTola5 ай бұрын

    Afuuftuu Bitamtuu Birri nyattani kijibdani gantuuwwan WBO maqaa Ballessuf. Botamtani dhuftani gantuuwwan

  • @computerprogramming1
    @computerprogramming15 ай бұрын

    what a generation?

  • @user-sc5pg5tz1i
    @user-sc5pg5tz1i5 ай бұрын

    Rabbin nagaa Ha buusuu

  • @x61gameslite84
    @x61gameslite845 ай бұрын

    Mana hidhaati yaastani sobsiisa jirtan kaa

  • @muhammedhasan6249
    @muhammedhasan62495 ай бұрын

    Kkkkk Maliif akkati sobdaan Kuni milishaama Mootumaati Malif Wal gowwomsiina Yaa Ummaata Oromoo wal hin goomsinaa!!

  • @revuletpangani5644
    @revuletpangani56445 ай бұрын

    Kijibb kesaan saret ark kenate

  • @nadhiabrahim358
    @nadhiabrahim3585 ай бұрын

    isaan kun shannee miitii humnaa adda oromiytii

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia58335 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅

  • @user-yv5vw5pg8x
    @user-yv5vw5pg8x5 ай бұрын

    Gafaa waboon qabee udaan isiin nyachisee kijibuu dhistuu sariin

  • @user-ps8gl4ud8i
    @user-ps8gl4ud8i5 ай бұрын

    Soboo😂😂😂

  • @user-yv5vw5pg8x
    @user-yv5vw5pg8x5 ай бұрын

    Kijibuu hin dadhabdanii isiin yaa midiyaa kijibaa😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-hh6rv4jk7y
    @user-hh6rv4jk7y5 ай бұрын

    Gowaa ajawaa

  • @user-yy6fj4vy8r
    @user-yy6fj4vy8r5 ай бұрын

    Midiya Kijiba goowwaaa

  • @user-wk1hv6xs9m
    @user-wk1hv6xs9m5 ай бұрын

    Yaa sobduu pp.. anii sinbekaa hin sobin isin polis.oromiyatii

  • @user-ky1xp7ul5s
    @user-ky1xp7ul5s5 ай бұрын

    Affutuu kejibuu hatuu

  • @ExcitedGreenTea-mo2df
    @ExcitedGreenTea-mo2df5 ай бұрын

    Kijibduu woyii

  • @DaaniiIluuofficial430
    @DaaniiIluuofficial4305 ай бұрын

    Afuuftu tureera erga dirama keessan baree😅

  • @ibrahimabdo7914
    @ibrahimabdo79142 ай бұрын

    Shanin bulinaa isin

  • @user-pr3lv2qh4q
    @user-pr3lv2qh4q5 ай бұрын

    Qeroo hatuudhaa kuni

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz5 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia37365 ай бұрын

    isaan kun shannee miitii humnaa addaa oromiatii 😍🙏 shanneen diinnaa oromotii 100$har'as boorus

  • @user-ok1lf3mj6j
    @user-ok1lf3mj6j5 ай бұрын

    Kijibdu afuuftuu

  • @hayatdxb2758
    @hayatdxb27585 ай бұрын

    Sobdotaa

  • @abisholemi-sz7zv
    @abisholemi-sz7zv5 ай бұрын

    Maaloo ijoollee Tv boqoollo kana

  • @user-kj6vx4qy9o
    @user-kj6vx4qy9o5 ай бұрын

    Kuuni maalì

  • @OBSAAMAN-uj9gb
    @OBSAAMAN-uj9gb5 ай бұрын

    Kkķkkk ajiba ammaa

  • @MdAmin-ho6nu
    @MdAmin-ho6nu5 ай бұрын

    Kuni shanee shimeetika🙄🙄

  • @sefujihad1576
    @sefujihad15765 ай бұрын

    Afuuftuu

  • @darartuoromiya6646
    @darartuoromiya66465 ай бұрын

    Kkkk kun garuu wanumaa jiruu jechii kesaan siriidha hojiidhuma shanet garuu kun shaane miti ayyi dramaa 😁😁😁😁

  • @SultanTola
    @SultanTola5 ай бұрын

    Woranni WBO Worra kaayoof lolu Malee Worra qarshiin Bitamtuu miti Gantota Afuuftuwwan Afuuftuwwan😂😂😂😂😂😂

  • @Adamaboset
    @Adamaboset2 ай бұрын

    Wantin ani jedhu jalqaba isin durumaa qarshiif jecha seentan kaayyoo homaatuu hin qabdan erga qarshii karaa ittiin nyaattan dhabdanii booda baatanii harka kennattanii akkanatti oduu hin fakkaanne odeessitu, garuu waa hubadhaa qabsoon gantanii baatan sun jaallan achitti dhiistanii biraa galtan sun balaa keessaniin waan tokko taanan lafeen jaallan wareegamanii isin hin dhiistu jechoonni isin jechaa turtan hundi isaa fudhatama hin qabu baay'ee soba dhugaa irraa fagaatedha, isin duudadha moo akkamitti osoo itti hin makaminiiyyuu abiy Oromoo ta'uu isaa wallaaltu mootummaan kunis dhuma isaa isin hin maaru keessan yoomiyyuu du'uma gantanii gantuu jedhamtanii du'uu erga filattanii baga milkooftan garuu waanan isiniin jedhu keessaa harkuma kaleessa isin nyaachisaa ture hadaraa waaqa haadhaa hin nyaatinaa isin keessaa naman beeku nan qaba hiriyyaan waliin guddadhe Mucaa maammushee/jaal falmataa nagaashuu tulluu jedhamu garuu hadaraa keessan haadholii irraa nyaattan hin nyaatinaa!

  • @user-kx2rv4wu8o
    @user-kx2rv4wu8o3 ай бұрын

    ❤💚❤🐅🐅🐅🐅🐅

  • @safiyasahle8478
    @safiyasahle84785 ай бұрын

    You guys never spend One night outside😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @AmusedFloatingIceberg-kx1gw
    @AmusedFloatingIceberg-kx1gw5 ай бұрын

    Milishaa walitii gurtee adaa bilusumaa oromoo 😂😂😂😂😂

  • @MilkessaDebelo
    @MilkessaDebelo5 ай бұрын

    Afuuftu biyyoo nyaadhu eessa keeti wabo fakkaata kadhattuu hattuu haadha gara mootummaatu barahaatti sii leenjisee godoo haadha kee haa gubani

  • @user-nm7lt4os3t
    @user-nm7lt4os3t5 ай бұрын

    Us afuftuu gamshaa

  • @user-hh6rv4jk7y
    @user-hh6rv4jk7y5 ай бұрын

    Kkkkkkkkk namaa ajibaa

  • @tsigebungul2150
    @tsigebungul21505 ай бұрын

    ❤❤😢😢😢

  • @revuletpangani5644
    @revuletpangani56445 ай бұрын

    Isaan qaralle saree dallenama media kijibdu dhifam uduu tesani sarool Akan aki saree

  • @UmarmuheeAbdallaa
    @UmarmuheeAbdallaa5 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Saaladden1
    @Saaladden15 ай бұрын

    Midiya salama

  • @x61gameslite84
    @x61gameslite845 ай бұрын

    Kkkkk ani kanan tajjabee yaa oromoo gazeexxessan mayiki itti qabu sun maalif dhokata????😅😅😅

  • @user-wh3vj3df4h
    @user-wh3vj3df4h5 ай бұрын

    Iti fufuu qabaa ♥️♥️♥️

  • @gadisaderesa4563
    @gadisaderesa45635 ай бұрын

    dhudhuuftota wayii ijoolleen ABO hundi mataan daabeedha kanumakee walitti yaaftee ittiin taphatta malee

  • @safiyasahle8478
    @safiyasahle84785 ай бұрын

    Shame on you corn media 🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽🌽

  • @Natowallo
    @Natowallo5 ай бұрын

    Hojii kessaan 😂😂

  • @user-cm2vw2wl9g
    @user-cm2vw2wl9g5 ай бұрын

    Haganum Hunda woli sobna

  • @user-mb1wj4vm3c
    @user-mb1wj4vm3c5 ай бұрын

    Kkkkkkkkkk

  • @gamte-tube
    @gamte-tube5 ай бұрын

    maal haajannu kanaan

  • @user-ht3ec1dp1v
    @user-ht3ec1dp1v5 ай бұрын

    Jasbaajasba

  • @huseenmld1518
    @huseenmld15185 ай бұрын

    Ya Afuftu kijjibdu Midian boqolloo amma kani warana wbo fakkatani ya ummata oromoo farada bilxiginan Albate du'uf itti mudi who ko

  • @Jamela613
    @Jamela6135 ай бұрын

    Kijibdootaa ee fake hojaata jirtuuukkkkkk

  • @safiyasahle8478
    @safiyasahle84785 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂. This is not olf

  • @chhvjvdjvnnb784
    @chhvjvdjvnnb7845 ай бұрын

    😅😁😁😁😁😁😁😆

  • @gadisetasfaye8346
    @gadisetasfaye83465 ай бұрын

    Amma kun eessatu WBO fakkaata😂

  • @AmusedFloatingIceberg-kx1gw
    @AmusedFloatingIceberg-kx1gw5 ай бұрын

    😂😂😂😂bandaa

  • @Zara12992
    @Zara129925 ай бұрын

    Drama hin fakkane obn Dooma

  • @safiyasahle8478
    @safiyasahle84785 ай бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂 😂 oromia police

  • @DejeneFikadu-wb4rd
    @DejeneFikadu-wb4rd5 ай бұрын

    HHHHHH maaloo ni fokkisakaa baayee, darbeera yeroonsaa

  • @concord2437
    @concord24375 ай бұрын

    Fogari fogari

  • @YohanesGerma-ew2no
    @YohanesGerma-ew2no5 ай бұрын

    Midiyaa Albatii dhisii kijibaa 😂👎👎

  • @user-qi3hx8cr5k
    @user-qi3hx8cr5k5 ай бұрын

    Diramaa sobaa biyyoo nyadhaa🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️😷😷😷😷🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐👎👎👎👎👎

  • @user-qi3hx8cr5k
    @user-qi3hx8cr5k5 ай бұрын

    Kun sobaa dhisaa yaa sobdaan dhugaa oromoo Awallaa jirtaanii busxii 👎👎🤐🤐🤐🤐🤐😷😷😷😷😷😷😷👎👎🤐🤐🤐🤐🤐🤐

  • @user-vn5do1vy4x
    @user-vn5do1vy4x5 ай бұрын

    Tortoraa Sobdee Wal ihaartee Ofumaakeeti Abo Esasatu Si fakataa?

  • @wallaga19
    @wallaga195 ай бұрын

    Sobdota 🤮🤮😤😤😤😤

  • @rehanaebrahim3450
    @rehanaebrahim34505 ай бұрын

    Dhugaakeetii

  • @QaasimUmariwoboilmasabajirtu
    @QaasimUmariwoboilmasabajirtu5 ай бұрын

    Dubartii.dha atii

  • @user-mg9gh1oh2j
    @user-mg9gh1oh2j5 ай бұрын

    Shane.miti.kun😂😂😂😂

  • @dineabdi-nj1gy
    @dineabdi-nj1gy5 ай бұрын

    Diramaa.sobaa.😂😂😂😂😂🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤮🤮🤮🤮🤮🤮🦍🦍🦍🦍🦍🦮🦮🦮🦮🦮🦮🦮🦮🦮👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👣👣👣👣👣👣👣👣👣👣👣👣👣

  • @caayaanews9135
    @caayaanews91355 ай бұрын

    Shanee Foonfoonofii nyaatu

  • @user-gh9mz3yu4v
    @user-gh9mz3yu4v5 ай бұрын

    DURIYEE KARA IRRA QABDE MEE MALLUMA ISHEEWANITU WBO fakkati

Келесі