Miilla sirratti Hin Dhiqattu

Ойын-сауық

0937386564
Telegramiin Ergaa Keessan Kallachaan Nuuf Erga

Пікірлер: 310

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k3 жыл бұрын

    Hojjiin dhiraa toko tokoo nama Gaddiisiisaa dhugaa😭😭😭 hommaatii hadhookoo isaa darbee senaa godhuu isaa hafee AbdiinI demii😍😍😍 waaqayyoo nagadha sii yaa galchuu 😍😍❤❤

  • @fatimajabal8322
    @fatimajabal83223 жыл бұрын

    Dhiira amma amanura saree foon egsifachu wayya abshir fayyaa qabaannaan Qr kees niargata

  • @konjokonjo8613

    @konjokonjo8613

    3 жыл бұрын

    😀😀 dhugaa keeti

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa72303 жыл бұрын

    Uuufff dhugaa nammoonnii commenti kun waanumaa argitaan hin kolfinaa mee 😭😭😭 homaa miti kan qunadhan namaf safaree haalkaan safarataa jedhaan yeroo mamakaan jabadhuu fudurii kee ifadha waqaayyoon sif jiraa 🙏🙏😭😭😭😭 hojii isaa isaaf yaa kenuu 🙏🙏🙏🙏 wel came gamee

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    @qalloowarratuulamaashaggar1477

    3 жыл бұрын

    Dhugaa keeti koflu dura hubaadha

  • @somayahaa6077

    @somayahaa6077

    3 жыл бұрын

    ☝️☝️😭😭😭😭

  • @ASamsung-yr4zi

    @ASamsung-yr4zi

    2 жыл бұрын

    Obboleetti koo dhisii abbaa faayidaa sif hin qabu duraa jaalala sif hin qabu kan rabbii sif hiree hin dhabdu

  • @EdileYadeta
    @EdileYadeta17 күн бұрын

    Jabaadhu jabduu Koo waaqayyo hireekee sin dhowwatu obsaan hojjedhu inni gatii isaa hin arrgataa sii immo hireekee sin dhowwatu waaqayyo

  • @rozanagash5425
    @rozanagash54253 жыл бұрын

    Baga nagaan dhufe Game Obboleettii Rabbiin galgalaa kee sif haabarechu Seenan ke bayyee nama gaddisiisa wanti hin darbine hin jiru baga keessa darbitee as geese Ijjoollee Game simachuu qofa osoo hin tanee yadaa keessanis qodaa

  • @madenamadena9125
    @madenamadena91253 жыл бұрын

    Laamaafa sobamuu iraa ofii Quusadhuu obolletii Koo kaa duraatifii rabbiin sii haa jaajabeesuu inshaallaa

  • @zemanyoutube3150
    @zemanyoutube31503 жыл бұрын

    Yaa ijolee oromo qarshii keessan jalale kesaniif hiin eregana homaa motii anii nama gariidhaa issatii hiin debbiiyini saren kunii

  • @furtuushow1543

    @furtuushow1543

    3 жыл бұрын

    Zinash matii naaf ta'i sanyi

  • @rozahuseenarsii9808
    @rozahuseenarsii98083 жыл бұрын

    Fudhuu isaa iraalee jechaa inii sin jedhetuu laphee namaa caphsaa uuuuuuuuuuuyyyy lukaayuu siratii hin dhiqatuu fi atii yotatelee saratanyaa tena tataa namani jechuun samuuni isaa hin dalaguu Malii hamilee namaa akaanatii namaa cabsuun Dutelee yo badee itii hin debidhiinii Kun yadaa kotii

  • @fatma0077
    @fatma00773 жыл бұрын

    Wowwwww saf gulaa jedhuu ijoolleen arabaa kkkkk harkaa na rukutaa yaa durbochee mana Madaan numatuu walii michudhaa😍❤️🤣🤣🤣 Gammee koo dhifama nan mirqanee duraa like sif gochuu kotiif😍❤️💚❤️

  • @hayyatiwallagga9337

    @hayyatiwallagga9337

    3 жыл бұрын

    Kkkk, 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻👏👏👏👏siif rukutte maal argate garru Odda Oromiyaa shalamamte moo?😉😉🤣🤣

  • @fatma0077

    @fatma0077

    3 жыл бұрын

    @@hayyatiwallagga9337 eeyyee shalamameeraa as jedhii gurrattan sittii himaa habibtii tiyyaa🥰🤩❤️💚😅

  • @simbooshawaa3847
    @simbooshawaa38473 жыл бұрын

    Ati baaye nama cimtudha hundaa dandese waaye isaa fi dhuma isaas argitee jirtaa amma booda homa shakki male gammachu jirata ati dhifama godhif jireenyi isaa yaa bareedu ati waqaayoo kanaa sii jedhe ni jiraa Abshrii kanaa booda walihin jiraatini maali siif godha namni akkana. jireenyaa gaarii siif Hawwa jabaadhu

  • @aberumijana8210
    @aberumijana82103 жыл бұрын

    Obbolletii ko nagaan gara biyya keeti gallii garuu seenan kee baay, ee namaa gaddissa omaa mititi waqayyoo obsiif haa keenu

  • @samerasalem5029

    @samerasalem5029

    3 жыл бұрын

    Rabii nagadhan mattii ishettii haa galchuu

  • @sarahnaoum659
    @sarahnaoum6593 жыл бұрын

    Senaan kee bayyee seena nama barssisudha garuu siif waaqni nama dhugaaf jiraatu siif haa bassu jabbadhu

  • @obseeseefuu3990
    @obseeseefuu39903 жыл бұрын

    Uuuuuuffffffff garuu Carran shamaran Biyyaa Araba malif yero hunduma nama yadesaa yaa ijole dhira malif hadara wan akkasi nurati rawatuu Obboletii ko Kana wantumtii jedhanu hin jiru rabbii obsa gudda sif ha kenu Abba mana ketifimo rabbii hojii isaa ha latufii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @godisgoodallthattime3406
    @godisgoodallthattime34063 жыл бұрын

    Well come oromia 24 Har'a antu duraa ilalee😄 Yadaa bodaa kenaa😋

  • @lisa-uw1qh

    @lisa-uw1qh

    3 жыл бұрын

    Qarashiil,keedefadhuu

  • @masiibmareeno616
    @masiibmareeno6163 жыл бұрын

    Cubbuu kee isaa haa qabu waaqni kan yaade galmaa siif gahuf🙏 Birrii kun mukaa itti nama buune fi bol'aa nama hin qabdu🤕🤕

  • @rabihakamal3834
    @rabihakamal38343 жыл бұрын

    Dhira balage akasi Rabbi isin ha fixu dechi kanara 🙄😭

  • @meskaram9542
    @meskaram9542 Жыл бұрын

    Waaqayoo sii yaa gargaruu nagaan galii dubbati ini debiyiin anilee akumaa ketii qalii tiyaa fuduuraa malee duba kee ini ilaliin Waaqayoo sii fanaa ata,u🙏🙏🙏🙏

  • @yrgue9363
    @yrgue93633 жыл бұрын

    Hardhaa anatuu duraa ilallee woowwoow mee like nu tuqaa

  • @imabettosla8920
    @imabettosla89203 жыл бұрын

    Uuuufiii Baay'ee Namaa gadisisaa Seenaakee Obbolletikoo Waqayyoo Hirree gaarii Bakaa itii uuufee jetee Ara galfatuu rabbii guddaan sifii haa kennuu Obsitukoo Qabenyii fixensaa Bagaa atii fayyaa tatee hadhokoo

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom59173 жыл бұрын

    Uuuu yaa nama sii safuu jirenyii mucaa kana akkamii tahaa lataa dhumaan isaa bayee nama gadisisaa🙆 obboolleetii raabbii obsaa sifii haa keenu anii wananii jedhuu qabuu😢😢😢jireenyiikee borii gamachuu yaa gutaamuu💜

  • @Sara-uo6ui
    @Sara-uo6ui3 жыл бұрын

    Baay'ee namaa gadisisaa Warii dhiraa dafqii namaa homaa siinii godhu Warii amalaa akkasii qabdan of sireessaa boruu waqayyoo waan siin godhu bekktanii waan facasaan hamatuu jedhan! Obboletii tiyyaa obsii hundinu hin darbaa yoo biyyati galtee qabenyaa kee irraa qodaadhu namaa biraa jalaadhu waqayyoo jirenyaa kee haa barechu

  • @adanetmokonen6514
    @adanetmokonen65143 жыл бұрын

    Wel come gammee sanyii ofii waan ati qopheessitu namati tola jabaadhu

  • @tsehaykebebw2155
    @tsehaykebebw21553 жыл бұрын

    Obboletti koo nagaan waqayyo siif haa bayyatu.ani gama kootin itti hin debi'in siin jedhaa. Waqayyo kan keeti kan jedhe ebbisee siif kennaa kan carraa keetii jaladhuu. Malee kana dhiisi otoo micayyon gattee deemuu battee sin yaadatuu turee amma waan ishii dhabeef sitti debiye.maali ati miya biffeti moo.dhiisi koodee too jecha isaa kessaatti wanti ati hirranfachuu hin qabne dhiqaa millaa ishii hin tatuu kan siin jedhe hin dagatin.inni baga hojiisaa argate. Si ammoo waqayyo nagaan si haa galchuu buddena Gaaris sii haa basuu lubbuu too. Seenan kee bayyee nama gaddisisa.

  • @user-mp5yb6cx4o
    @user-mp5yb6cx4o2 ай бұрын

    Nagaan Rabbiin sii haa galchuu. Hiree kee gara ful duraammoo rabbii siif haa tolchuu

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga93373 жыл бұрын

    Bagga Naggan Dhuffte Gamme 🙋🏻‍♀️🌹🤨🌹Anna Haa Dhuffu Jenerra 🌷🌷🌷🌷

  • @zinapf6656
    @zinapf66563 жыл бұрын

    Waw jabina qabda abshir rabbi siif jira bakkuma tokko qabnaa jabaadhu nagaan sihaa galchuu / rabbi isaa qajeelchu dhugaa

  • @obsewallagga6957
    @obsewallagga69573 жыл бұрын

    Wayo wayo wayo dhira gaara sare qabdu icci waaqayyoo obsa siif haa kenu hadho ko homa mitti namni kan facase hamata abshir 😳😳😳waaqayyo jirenya kee sif haa ebbisu kaara gaari sif haa banu

  • @leellisesanyiihaacaluuhund215
    @leellisesanyiihaacaluuhund2153 жыл бұрын

    Gaarii gootee bareedduko osoo wantumti Feheyu dhufee amma booda isat hin deebihin waaqa mali kun binessi obboletti hin qabumo silas kan akkat dubartirrat gocha badaa dalagu rabbin akka hojii isatitti ha kennuf waqayyon nama akka garaa keeti sif ha kennu yanni ke barumsa bayye nuf kenne hubanno cimas nuf taha rabbin nagan maatii keetitti siha galchu🙏

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala41013 жыл бұрын

    Jabdhuu bareeduu tiya Nama Siikabjufi Siin jaalltuu Rabii Siiihkenuuu

  • @jituuoromiyaa4014
    @jituuoromiyaa40142 жыл бұрын

    Homaa mitii jirenyii qormataa oboletii tiyaa obsii fulduraa keetiifii rabbii waan hundaa sii haa lafisuu caraa garii sii haa basuu

  • @KkKk-ld9vl
    @KkKk-ld9vl3 жыл бұрын

    Jajjabadhuu kodee koo fudurii kee ifaadhaa 💗💗💗

  • @mastuukatamaa6033
    @mastuukatamaa60333 жыл бұрын

    Anaa dhufuu Oromia 24❤❤🙏 Obboleetti waaqayyo jiruu kee isaa hafe siif haa eebbisu🙌🙏 Abshir boru kee ifaadha abdii godhaadhu waaqarrati.

  • @cellphoneshop7457
    @cellphoneshop74573 жыл бұрын

    Obboltii koo nagani Garaa biiyya keti galii garuu kanii jedhuu Ani baay'ee sii Ajjabsiifadhe maalf yoo jeetee obsaa qabachuu ke wani baay'ee namati toludha jabadhuu waqayyoo jirenyaa garaa furduraa kee jiiruu siifi haa milkeesuu lubbukoo homa mitti ❤🙏

  • @margejesus8934
    @margejesus89343 жыл бұрын

    Nagaadhaan biyyaa keetii gaalii obbooleetii koo siif waaqayyoo jiraa homaa shaakkiin

  • @seenaayoutubeseenaayoutube5856
    @seenaayoutubeseenaayoutube58563 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftee Gammee Atii garuu seenaa kee Yoom nuf Dhiyeesitaa

  • @user-mp5yb6cx4o
    @user-mp5yb6cx4o2 ай бұрын

    Bayyee nama gadiisiisa seenaa ishee uffff. Rabbiin jabinaa siif haa kennu

  • @derartuamin3200
    @derartuamin32003 жыл бұрын

    Oboleetii rabbii naga sii haa galchuu caraa garii rabbii siif haa basuu Inshallaha obsii hunduu ni darbaa amshirii ukitii

  • @aberashaberash825
    @aberashaberash8253 жыл бұрын

    Uuf anille seenaa akkasii kana qaba guyyaa tokko seenaa koo dhiyeefachuun yaala obbolletti koo waaqayyoo jireenyaa kee garaa ful dura siif yaa qajeelchuu waaqni akka nama mitti 🙏

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar14773 жыл бұрын

    Wayyoo garaa lafuuma durbaa😭😭😭😭😭 ani kan jedhu warri dhiira kan qarshii durbaa nyaatan kuni jireenya akkami jiraatu kan safuu hin beekne rabbii hiree dhugaa siif haa laatu jabeetti koo😭😭🙏Nagaa gali

  • @fatimaabdullah7061
    @fatimaabdullah70613 жыл бұрын

    Waqayyoo goftaan bakka yadeen sa ga'uu 😥😥❤️❤️❤️

  • @taddaluutamiiruu5777
    @taddaluutamiiruu5777 Жыл бұрын

    Waayoo goftaan baakaa yaadeen sii aa gaa uu Isaaf akaa hojiisat Isaaf haa laatuu atii obsii haadhoo koo😢❤️🙏

  • @raydantleecom226
    @raydantleecom2263 жыл бұрын

    Uuuuuuuf hadhoo koo waqqayyoo jajjabinaa guddaa sif haa kenuu jireenyaa kee garaa funduraa sii haa bareechu rabbii isaaf immoo hojii isaa isaaf haa kenuu hin dhiphaatiin atii

  • @workineshgomen6886
    @workineshgomen68863 жыл бұрын

    Uffffff waqqayyoo jabbinaa siif yaa kenuu jabbadhuu bakka jirtuuti fayyaa argadhuu waqqayyoo nagaan siya galchuu jireenyaa kee fulaa durati milka'ii

  • @tedeluteye800
    @tedeluteye8003 жыл бұрын

    Well came game keenya ❤❤❤❤❤❤uuuuuuufffff dhiraa bara kana sif waqqayyoo jira kode akkuma jete waqqayyoo abdii godhuu ☝️☝️☝️☝️

  • @madinaa1452
    @madinaa14523 жыл бұрын

    Uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir raabi jiraa oboleti tiyaa jabadhu ni dandesaa ❤🙏💯💯

  • @abebaberhanu9640
    @abebaberhanu96403 жыл бұрын

    Uuuyffff seenaa baayee garaa nama nyatuudha dhiraa malumaa godhuu lataa atii garuu baayee goboziidha. Waqayo bakka atii yaadeen siihaa gahuu

  • @ayyuutube9030
    @ayyuutube90303 жыл бұрын

    Nagaan gaalii lubuukoo bagaa dhistee dhugaa rabii nama atii dhugaa qos gotee itii hin debiniiiii maalo kaanatii kaan rabii sif ka e hin dhabdutii obsiii lubukoo jabadhuu jirenyii caraadhatii bayee naa gadisisee dhugaaa abshiir

  • @tescomo3345
    @tescomo33452 ай бұрын

    Rabbii ngya si ha gachu biya abba ketiti 😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-jm5qg7lz9t
    @user-jm5qg7lz9t Жыл бұрын

    Jabaadhuu koodee teenya waaqayyoo dafqa kee lafti hin gatin in ii ammaan booda jireenyi isaa hin tolu

  • @alsanmain3817
    @alsanmain38173 жыл бұрын

    yaa dhira bara kana ichii waqqayo kanaa hoji issa issaf haa kenuu siif waqqayo jirenya kee gara fuldura siif haa ebbisuu obboletii Koo

  • @hayatsanyiijawwaar271
    @hayatsanyiijawwaar2713 жыл бұрын

    Woyyoo miskiinaa tiyya rabbi ifaajee kee lafa hin balleessin abshiir wan hojii isaa rabbi haa kennuf 😭😭

  • @sifaanijiraa9336
    @sifaanijiraa93363 жыл бұрын

    Hobboletii kenyaa jabanii kee bayyee namatii tolaa waqayyoo hojii isaa isafi haa kennuu

  • @obseesiifjedhee3958
    @obseesiifjedhee39583 жыл бұрын

    Welcome game😍😍😍

  • @kumetolsa1101
    @kumetolsa11013 жыл бұрын

    Welcome gamisho kenya nuf jiradhu ❤🌳❤💞💞💞

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme31533 жыл бұрын

    Tokkofani anatuu lalee

  • @ghetiabata6818

    @ghetiabata6818

    3 жыл бұрын

    Yaa obltetii koo itti hin debanii Kanii biraa jaladhuu kunii saree dhaa warabess

  • @samerasalem5029

    @samerasalem5029

    3 жыл бұрын

    Mal

  • @haadhaseenaa2670
    @haadhaseenaa26703 жыл бұрын

    Welcome Gammee Obboleettiikoo seenaankee baay'ee nama gaddisiisa garuu obsakee nan dinqisifadhe homaa miti Waaqayyo carraa biraa siif haa laatu

  • @furtuushow1543

    @furtuushow1543

    3 жыл бұрын

    Sena gaddisa matii naaf ta'i sanyi

  • @user-pk4mf5us8d
    @user-pk4mf5us8d3 жыл бұрын

    Ayzosh kodee koo namn amanamuma hin qabne murte isaatu badidha attii garuu nama gari ni argaata 🙏🌹🌹

  • @hinqaalatimaleedhugaahinci1113
    @hinqaalatimaleedhugaahinci11133 жыл бұрын

    Gamatomii. Gammaachidii. Mata Dureen namaa Garama. Raajidhaa irraa dhiqqii jedhinni gammee

  • @jabirmohammed1666
    @jabirmohammed16663 жыл бұрын

    Jirenyee kee kaa fulii duraa sii haa barechuu.jabadhuu sanyii ufii

  • @gfgf7992
    @gfgf79923 жыл бұрын

    Oktii. Rabbiin sihagargaruu. Garuu akkaa itii hindeebinee egumaa. Dachee siftee iraa demteeyuu. Kormaa ta.iii. atii

  • @user-bw4dg6sd5c
    @user-bw4dg6sd5c3 жыл бұрын

    Waqayoo obsaa isaa sif yaa kenuu Waqayoo jirenyaa badhadhinaa sif kenuu obbolletii Waqayoo kan ebbifamee sif yaa kenu abshir kode koo bagaa midhaamte midhu irraa midhamu wayyaa abshir sin jaladha Jabduu ko❤❤❤❤❤

  • @hajarahajara9206
    @hajarahajara92063 жыл бұрын

    Rabbin nagaan siiha galchuu rabiii wan siif qodee lafaa sif qabaa abshiir obletii💜💜 haqnii kee hin hafuu

  • @gadaasystem7105
    @gadaasystem71053 жыл бұрын

    Well come

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo4303 жыл бұрын

    Ituusi jalatee silaa sirati maa kan biraa jalataa amamoo itushen iraa adaa bayuu batee silaa sin barbaduu kanafu kan biraa jaladhuu jedhin Atilee nagan gali ❤️

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 Жыл бұрын

    Tasumaa tatee issatii hni debiiniii rabinii sibiraa hajiratuu jabiduu 😢😢😢😢

  • @nasruhuseen5502
    @nasruhuseen55023 жыл бұрын

    Nama garii nama jechuunii irra bineensa jechuutu wayya obsi waan rabbi siif qoode hin dhabdu foon koo 😢😢💘💘

  • @samerashasheefree2931
    @samerashasheefree29313 жыл бұрын

    Uuuuuf uuuf onnee nama cabsaa woyoo dhirrri kuni maali rabbi hin sodaatuu moo amantiin dhabamee obsii obleetti too

  • @leensaagirma9636
    @leensaagirma96363 жыл бұрын

    Uuuff nama gubaa rabi sii hajajabesuu 😥

  • @user-to6ll1ql2d
    @user-to6ll1ql2d3 жыл бұрын

    Obboleti tiya rabbin Obisa sif ha kenu ofi dura rabbii jirenya garifi milki sif ha tasisu qali

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt2 ай бұрын

    sennaa kunoo kiyyaa fakataa yaa rabbiin dhirraa baraa kanna maalii garuu😢😢😢😢😢

  • @zedoshewasalale5426
    @zedoshewasalale54263 жыл бұрын

    Baay'ee nama Gaddisiisa. Fuuldura kee haa bareechu haadhoo koo nagaan gali 🙏

  • @furtuushow1543

    @furtuushow1543

    3 жыл бұрын

    Zedo matii naaf ta'i sanyi

  • @jeanpapalardo9716
    @jeanpapalardo97163 жыл бұрын

    Waaqqayyoo nagadhan sii yaa galachuu obboleetii koo isfaa waaqqayyoo hojii isaa isaaf yaa keenuu jaabadhuu jaajabee too

  • @FatimaFatima-ty2sb
    @FatimaFatima-ty2sb2 жыл бұрын

    Rabbii obsa isi haa kenu haqaa kee Rabbii si haa barbaduu oboleti koo Rabbii jira Amshir ishaalla dhugaakeetii jetee

  • @kokibe2931
    @kokibe29313 жыл бұрын

    Uuuuuuffffii Ayizoshi obbolletti koo dubbaritin obbisitudha obbissii waqqaa kee galatefadhuu kani sennaa kee jijiree harraa harkaa ketti debbi,ee sii kadhatuu isaafi dabbaa yaddii garrii mallee waqqaraa Dhabiduu kani nama gufudhaa kan waqqaa milkkidhaa

  • @alamitubest8210
    @alamitubest82103 жыл бұрын

    Uuffeee 😭 😭 😭 😭 Abashir waqayo obsaa sif yaa kenuu oboletii koo 🙏🏼🙏🏼🙏🏼

  • @ummu.zuberiisabahanioromo1792
    @ummu.zuberiisabahanioromo17923 жыл бұрын

    Heduu garaa naa Rasee Abishii hayatii ko Rabbii wanii yadee olitii sifii haa gutuu Rabbii

  • @hasnaa9786
    @hasnaa97863 жыл бұрын

    Uuuuuuuf obbolettiko. Umaa miti ittin dhiphatin jirenya haara eegali. Rabbi si faana haatahu. Nagaan gali.

  • @fanafana3665
    @fanafana36653 жыл бұрын

    Obboleetii koo obbsii siif kanee Jabbadhu 💞💕

  • @oromiyabiyyakoodachaasa1310
    @oromiyabiyyakoodachaasa13103 жыл бұрын

    Baay'ee garaa nama nyatii wayyo arga dhira qarshi keessan qabadha ijo shamaran please hin soban lubbu naman lubbu yero jirtu lafa tana irra qormata hedu dabrsa lubbu koo homa mitti kuni hoji isa yaa argtu ini kan darbe darbe jira waqayyoo nagan siy galchu matii keet

  • @LoveYou-il7ym
    @LoveYou-il7ym3 жыл бұрын

    Azochii Rabii caraa ke sifii kenaa 💓💓💓💓

  • @megartoaduna6491
    @megartoaduna64913 жыл бұрын

    Uuuuuufffffffeeeee ya jirenyaa biyyaa lafaa. Waqayyoo si ha ta'uu

  • @halawamohamed2261
    @halawamohamed22612 жыл бұрын

    Midhanii demuu irraa midhanii demuu wayaa jetimii ree oromon kanafuu inii hojii isaa hanyaatuu sif moo Rabbiin heree tee hatochuu

  • @gaddoo2645
    @gaddoo26453 жыл бұрын

    Dhugaa naa bo'ee😭😭😭😭😭😭obboletii koo waqayyoo kanuma calaa obsaa sifa yaa latuu bayy'ee nama gaddisaa uuuuuuff wana sin jedhuu dhabee obboletii koo nagana galii hadhoo koo😭😭😭😭😭😭

  • @aberashdiriba5608
    @aberashdiriba56083 жыл бұрын

    Rabbi jajabana sinkenuu obbooliti koo naga galii

  • @zawuditu6012
    @zawuditu60123 жыл бұрын

    Wel come gamee kenyaa

  • @dubaidubai6140
    @dubaidubai61403 жыл бұрын

    Waaqayyoo jireenyaa ke siif yaa jijjiruu jabbadhuu obbolee to dukkaan booda ifa jira Akka hojii isaa ni argataa innii Atii kayyoo ke ganama ittii debitetuu barachuu ni dandeessaa

  • @sanyiihachaluhundessa3529
    @sanyiihachaluhundessa35293 жыл бұрын

    baga.nagan.dhufte.gamee.keenya.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👌👌👍👍

  • @rozarozroz8065
    @rozarozroz80653 жыл бұрын

    Obbolletti koo rabbiin booda kee sif bareechuu 🤲🤲🤲

  • @ummiimuraadbintislama9828
    @ummiimuraadbintislama98283 жыл бұрын

    Welkam gamachisi keenaa lakofsaa kee whatsapii naf ergii senaa qabaa

  • @huletexsadiqnegn3755
    @huletexsadiqnegn37553 жыл бұрын

    Jabadhu garii gotee waqayoo sihaa gargaruu

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel78473 жыл бұрын

    Anii akkaa kootii jalqabaa obbolletti koo obsii furtuu jireenyattii,kaniin siin jedhuu itti hin deebihiin jechaa inni ittin sii dandeesse bayee nama gadisiisa ,kan waqqayyoo siif kahee hin dhabduuu, garuu isaaf wayyyoo.

  • @UaeUae-cc5uc
    @UaeUae-cc5uc9 ай бұрын

    Uuufff bayee nama gadisisa isa darbe sena godhii darbii ins hojisa hin dhabuu hadhokoo rabbiin obbssa sofi aalatuu sin jedha

  • @rahmabeevi2423
    @rahmabeevi24233 жыл бұрын

    😭😭😭😭😭 rabbi guddaan haqaa kee sif haa debbissu okti koo Amishirri rabbi qabida Itti hin debbini

  • @likekumaa1038
    @likekumaa10383 жыл бұрын

    Bagaa nagaa dhuftee gammee

  • @bareedduoromo3621
    @bareedduoromo36213 жыл бұрын

    Wooow yaadake gara isaa hin deebisin nama badaadha

  • @timothybaloukji6692
    @timothybaloukji66923 жыл бұрын

    Uuuuuffff haadhookoo ati baay'ee cimtuudhaa jabaadhuu duraas fedhiisa jalaalasaakeessaati sikufiise mamas ati isaarraa mitti rabbi irraa argaata dadhaabbikee jabaadhuu sareekoo hindarbaa garii ittidhuftaa💋💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @farihatfarihat2781
    @farihatfarihat27813 жыл бұрын

    Anii akka yaadakotiti atii mills skin dhiqisifadhu jedhenii dhiraa balagee akan utumaa kalaqamusii hafee

  • @munirajimmaa9769
    @munirajimmaa97693 жыл бұрын

    Dhugaa Rabbii Gaaratuu na guubatee

  • @alamitumama2079
    @alamitumama20793 жыл бұрын

    Maloo maloo mee ofii baraa warii dhiraa birii jetanii jirnyaa kesanii hin diginaa watii huduu jalalanii aragamaa

  • @hogeettijaalalaa4547
    @hogeettijaalalaa45473 жыл бұрын

    Inumaayyu Blok ofirra godhi hiree kee rabbin ofirkaa siif qaba giiftii koo waaqnii haqqi kee siif haa barbaadu

Келесі