Kenbon Imran (Abbaashitto) Sukkaaree- (Official Video)
Музыка
Your #1 source for quality music & videos! SUBSCRIBE NOW! ❤️👆⬆👆⬆👆⬆👆⬆❤️
Like | Share | Subscribe:
Website: vision-ent.com
FB: / visionentertainment2020
IG: / visionentertainment2020
TikTok: / visionentertainment
Subscribe: / @visionentertainment4507
#EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment #africanmusic #oromosong #Like #Comment #subscribe #trending #africa #afrobeat #neworomomusic #newethiopianmusic #neworomomusic2024 #neworomosong2021 #oromosong #ethiopiansong #oromomusic2022 #oromomusic2023 #neworomomusic2022 #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #Tiktok #Music #playlist
©Vision Entertainment LLC. Unauthorized use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited.
Пікірлер: 1 300
Abbaan shittoo hindandayamne dhugaa hojii ajaa'ibaati🔥
@user-le6wb2sf8j
15 күн бұрын
KZread Kee irrattii beksisif haa lalamufii❤
@user-sr5cr8rc2b
15 күн бұрын
Rating irraa dalaagi Abdu
@kenbon6652
15 күн бұрын
Thank you habibi koo
@ustazmobile5613
14 күн бұрын
Share Godhiif React Hojjadhuuf Abdu Keenna
@misiraamisiraa8141
13 күн бұрын
Baga nagaan dhufufattee Abduu keenyaa qaalii nama ❤
Mee warii aka koo isiniti tolee like godha
@rozihassenrozi1001
15 күн бұрын
Good luck abba shito ❤
@YahyaaMuhamashis
14 күн бұрын
Wwww heduu hujii bonsaadha
Abbaa shiitoo heduu namati tolaa sukkaaree jabadhuu amma soqidaa fiddaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abba shitttoo ijoollee amarikanii tesee si dawataa jirti❤
Mube from Libya 🇱🇾 abbaa shittoo hedduu namatti tola 🎉🎉🎉🎉🎉
Wow hojii ajaa'ibaati bro Cameran Sagaleen qulqullinni video 1ffaa dha✌️ ati kana duraayyu weellisuu qabda ture dhugaa sagaleen tee ta ajaa'ibaati itti fufi🎷👌
Wow this is 🔥 Thanks abbaashitto and vision ENTERTAINMENT
Wow Abbaa shittoo dhugumaati waan ajaa'ibaa hojjate jabadhuu jabadhuu jabaa ilma sikkoo mandoo!!!!!
I'm From America I like Oromo Music🥰
@riimaalove5668
15 күн бұрын
Kkkk
@SumayaAdam-mi6gy
15 күн бұрын
Ee miskinaa wlh 😂😂
@diiniahmet
15 күн бұрын
American hamza qabdu ee wlhi misknaa 😂😂😂😂
@muhammdali2833
15 күн бұрын
Eee miskina oromon teenya tuni abju'maani America buluu meeqatuu jiraa😂😂
@awelhasen8258
14 күн бұрын
Amerkaan Kan oromooti😂😂😂😢😢😢
Amazing Records. Keep going Abbaa Shotto.
Dhugaa dubbachuuf hojii ajaa'ibaa hojjette.Sirbichi kuni osoo kan warra Tifoozon wal faarsuu ta'ee sa'aatii takkatti viral ba'a.Ta'us sitti hin dhaga'amin gaafa cimaa taatu qorumsis akka baay'atu beekii caalatti daddabalii hojjedhu.Warri har'a sitti duulu,borummoo akka siif duulu hin dagatin.Addunyaan harkuma warra jabaatanii keessa akka jirtu hin dagatin.Warra daboon wal faarsaa,daboon wal arrabsuuf gurra hin laatin.Ciminaa fi dandeettiikee qofarratti xiyyeeffadhu. Wish you longlive brother Kefyalo!
woww Abaa shiito Bagaa nagayan dhufttee oromo like ittii Robsaf
Www namni abba shitto jalaatan like godha cement awwala❤
Wow Welcome jabaa keenya "SUKKAAREE" mee wareen sirba kana jaalattan Like godha
Wow bayyee namati tolaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wow Abbaa shittoo qalii nama bagaa ngyan dhufatee Anahadhufuu janee jiraha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abba shiito ...sukareee tiya ❤🎉🎉
Hojjii bayyee baredaa warii hojjiin Kun sinitii like godha mee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Abbaa shitoo baredadhaa jabadhuu🎉🎉🎉🎉
Waawu dhugaa baayee namatti tolaa. Go on this always keep it up bro.
Abbaa Shitoo Congratulations ❤❤❤ Hojii baredaadha
Wow amazing Abbaa Shittoo, keep it up
@KOOKEET-h6x
14 күн бұрын
Buzex ✌️
I'm from Tanzania I love oromo music keep it up ❤❤
Wwwww heddu namatii tola 🥰🥰🥰sukkaree🎉
ANI NAMA JALQABA DAAWWATEEDHAA. LIKE GODHII❤❤❤❤
Artisti kenboon jabaadhu hojii gaariidha kan barcaatis sirraa eeggannaa yeroo dhihootti si eyna❤🥰🤩👌
Welcome back aba shitoo abaa jebefata jaba ofi oromoo ko🎉🎉
Papapaa what a clip v good bro 🎉🎉🎉
Abbaan Shittoo nuu biife kaa urgaa shittoo isaa❤️❤️
Wooow abbaa shittoo baay'ee bareedduu sagaleetin Baga nagaan dhufte !!!!!!
Wow! Amazing Abbaa Shittoo🎉🎉
Wowowow abbaa shitto bayye namsti tola dhugaa hojiin garidha jabsdhu hojiin biratinis Akka nudhuftu abdiqabna❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
iam from canada abbaa shitoo ❤❤❤❤
Wwwww Abbaan shittoo shashaa godhe kaa shaggee❤❤❤❤
wow! jenneerra! sukkaaruma sagaleen hojii ajaa'ibaati
Bayyee garii dhaa jabadhuu Bayyee namatii tolaa!!
waw ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉oficel video 📷📷📸📸📸📸📸
Wowww 🎉baaliyoo tenaa
❤❤❤❤Abbaa shitoo.......💗💗💗💟💟💃💃💃💃
Mee namni akka kiyyati abbaa shittoo jalatan comment kiya like gochun na mirkanessa❤
Durran shiitoo Amaa moo sukraa jeedhe’e brandi jijire’e gad dhhuffe’e What is really gifted men Keep it up We will see you with your more & more production Jaabadhuu
Guddissa Jabbeessa Abbaa shitoo M 10 oli galichaa Wly Wowoo Hedduu Dadahaa Oli fudhii Sukaree 😮🎉 Welcome keni boni imran Abbani shitoo Duraa boharssa samuti Amasi Sukkara nunyachise inu sukara ❤❤
Wow ❤❤❤
Well came abba shittoo ❤❤🎉🎉
dhugaaa anii dhageefadhee qufuu dadhabee ❤❤❤❤
Wwwwwwww hojjii boonsaa hojjate jabaadhu ka kanaa caaluu sirra egna
Wow wow abbaa shittoo best music
Abbaa shitto namni jaalatu liek godhii❤❤
Na yadachifte tagafaa robee sukkaree❤❤
Wawo Abbaa Shittoo dhuguma nama dandeetti addaa qabuu fi nama fuldurattis waan addaa hojii gaarii hojjachuu danda'u dha. Kanaaf sirritti jajjabeefamu qaba Thank you so much Abbaa Shittoo Emraan
Wow kenbon you did it
Abbaa shittoo Amazing Song wow you well done brother 🎉🎉🎉
Baayyeee namatti tola🎉
AKKANA abbaa Shittoo Leenca hundi irraa bareeddu hands up 🙌 guddaa sirraa eegna Hojii akkas bareedu qabattee hamma harraa taa’uu kee dhiifama siif gooneerra ✊🥰🥰
Wel come kenbon Imran ❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Abbaa shittoo bayyee shaggaa tokkoo❤🎉
Wwwww Hojii baredaa jabadhuu ❤🎉🎉
Wooowww bayee tokko namatii tolaa dhugaa Galatomi Abba shiitoo
Wwwww baay'e namati tola jabaadhu ammas qaxalee keenya❤❤❤❤
Baga dhuftee nagahan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Abbaa shittoo hojiin kee baayye namatti tola❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Congratulations Congratulations ❤❤❤❤
Hojjii Akkaan bareedati. Hojii caaluun akka gadi baatu abdii sirraa qabna Abbaa Shittoo...
Imran jabaadhu hojii ajaa'ibaati💪
Abba Schittu tana kessaa baafte jabaadhu🎉❤
Baay,ee namtii tolaa jabaadhuu
Wow hojii baredaa abba shitto ❤❤
Ay shukkaaree waa'ee kee moo❤❤❤
Abbaa shittooyee wow🎉🎉🎉🎉🎉
Wow bayye bareda dha🎉🎉🎉❤❤❤sukaree
Yeroo kudhanii ol dhaggeeffadhe sagalee ajaa'iba qaba ❤❤❤❤
You are a true inspiration for the youth; you worked really hard to reach here.🎉🎉🎉
Wow! Sukkaare
Congratulation abbaa shittoo
@KawserHusan
3 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KawserHusan
14 сағат бұрын
Waw❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwww bayee namtii tolaa👍👍👍
Jabadhuu waantii martuu sirraaa baredaa 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Woww 😍😍❤
❤❤❤🎉🎉🎉waw abbaa shitoo aamazin
Baay'ee bareedaa jabadhuu ❤❤❤❤
Wow wow l I'm from nayrobii Kenya galatomi🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Keeboon Ilmaa biyyaa jabaadhu jabaa keenya vision Entertainment galatoma guddina art Oromodha iddil-Addunyaa hunddaffu bakka guddaa qabdani🎉🎉🎉
Mashaa Allah ♥️
My sonsa jaalala brother ❤️ sukkaaren sukkaruma billa aleyk akkana ga abbaa shitto bro khiyya qaali 🙌 🎉🥰
Woww Baga dhufte qali Kenna
Sirba baay'ee bareeda itti fufi.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu bro ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Baredaa ❤❤Abaa shitoo
Nii baredaa dhugaa ❤❤ nuuf jabadhuu
Jabaadhu rabbiin si haa gargaruu
Wooooooow abbaa shitoo like ❤
Abbaa shitoo well come jabadhuu
Faaaaaaa yaa abbaa shittoo itti cabsii jaalalaa!
Jabadhu bayye nama hawwataa kana caalaa cimtee Akka dhuftuu yeroo bira
Wow really good music 🎶 ilmoo ganda koo
I'am from kanada i love oromo music😂❤
Abbaan Shittoo walee bareedduu qabatee as baha. Wallee keessatti jechoota dagataman mi'aawoo kan Baaletti fayyadaman hammachuun isaa Wallee adda taasisa. Kuni aadaa biyyaa kunuunsuu keessatti gahee qaba. Jabaadhu!
Anaa dhufu leenca koo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Abba shitoo jarsanaa ni dandeessaa😘😘
Waaaaaaw hojii ajaaibaati 🎉❤❤❤