Keekiyyaa Badhaadhaa - ROOBAN 5 | *New Oromo Music 2024* (Official Video)

Музыка

Hojii koo deeggaruuf miseensa chaanaalii kanaa ta'aa: / @keekiyyaabadhaadhaa
Keekiyyaa Badhaadhaa - ROOBAN 5 | New Oromo Music 2024 (Official Video)
#KeekiyyaaBadhaadhaa
Unauthorised use, distribution and/or re-upload of this content is strictly prohibited. Any reupload will result in a copyright strike with no exceptions.
Copyright © 2024 Keekiyyaa Badhaadhaa

Пікірлер: 2 900

  • @KeekiyyaaBadhaadhaa
    @KeekiyyaaBadhaadhaa3 ай бұрын

    Hojii koo deeggaruuf miseensa chaanaalii kanaa ta'aa: kzread.info/dron/6pKebqivrsDu29qqECXL2g.htmljoin

  • @Yasinbulaybt24_22

    @Yasinbulaybt24_22

    3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ Leenca ija barbaada

  • @hassenlawentertainment3131

    @hassenlawentertainment3131

    3 ай бұрын

    💯❤️👍

  • @Warra218

    @Warra218

    3 ай бұрын

    hayyee jajjabakoo

  • @abdiabrahim4395

    @abdiabrahim4395

    3 ай бұрын

    leenca koo

  • @arsiishaashee2169

    @arsiishaashee2169

    3 ай бұрын

    Mataa dhiiraa❤

  • @abdumobilapp
    @abdumobilapp3 ай бұрын

    Baga nagayaan dhufte xiyyiiti keenna keekiyyaa badhaadha ROOBAN 5🔥

  • @namakulaqurusum9881

    @namakulaqurusum9881

    3 ай бұрын

    Sagalee hawasaa keekiiyaa qaroo oromoo🙏🙏🙏👍👍👍

  • @user-tt3em2vl2g

    @user-tt3em2vl2g

    3 ай бұрын

    ❤❤❤🎉🎉

  • @lucooapp4206

    @lucooapp4206

    3 ай бұрын

    Wawawa Abduu kooooo❤❤❤❤❤❤

  • @Harargeeto

    @Harargeeto

    3 ай бұрын

    Hy abdu asis ni dhuftaa sa❤❤❤

  • @IbsaaAmhad

    @IbsaaAmhad

    3 ай бұрын

    Kekiyaaa badhaa dhaa

  • @derarajote9645
    @derarajote96453 ай бұрын

    Keekiyyaa Badhaadhaa guddaa oroomoo bagaa sii qabanee kanara adduunyaan siif haa iftii

  • @user-if3oq6gf8v
    @user-if3oq6gf8v3 ай бұрын

    Nufi jiradhu qalii oromo bara hundii fedha ofti hafe ati ummata keefii dhabata jabaa keenya

  • @3nsodotube898
    @3nsodotube8983 ай бұрын

    @Keekiyyaa Badhaadhaa nama yeroon hin jijjiorre dhiira qaalii onnee sibiilaa umurii dheeraa nuuf jiraadhu❤❤❤

  • @sethcerr6663

    @sethcerr6663

    3 ай бұрын

    Amiin kzread.info/dash/bejne/g6V_m5tpe9i4kpM.htmlsi=-Yt-xSPdJzfTyDrT

  • @TufaaTube648
    @TufaaTube6483 ай бұрын

    Keekiyyaa Badhaadhaa,Hojii ija agaartii gurra dhageetti daraan namaatti toluudha,jiraadhuu jabaa koooooo❤❤❤❤❤❤

  • @user-bt9tg8ho7t
    @user-bt9tg8ho7t3 ай бұрын

    Wow amazing leniccaa fakkii namma sanyii leniccaa bagga dhufittee kekiya badhadha❤❤❤❤❤❤❤

  • @sanyiizelalem9679

    @sanyiizelalem9679

    2 ай бұрын

    Kun afaan oromoo ?

  • @SadyaSadya-x6z

    @SadyaSadya-x6z

    22 күн бұрын

    Qt

  • @user-vh2sm3ow4p
    @user-vh2sm3ow4p3 ай бұрын

    Jabadhuu. Lencaa. Oromoo gotaa Kenyaa. Oromo. Sabonaa. Heduu sin bonaa. Umrii NUF dheradhuu❤❤🎉

  • @finfinetimes
    @finfinetimes3 ай бұрын

    “Dhiiga qulqulluu haangoon dhoowwite gatii, uumaa dubbadhu ati” ... jechoota as keessaa!❤👌

  • @jamelaj1120
    @jamelaj11203 ай бұрын

    Yooyyaa harkaa funee keekiyyaa Kenya umurii nuu dheeraadha bayyee si jalanaa lammii koo garii nama qali 👍👍👍👍💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🤝🤝🤝🤝❤️

  • @sethcerr6663

    @sethcerr6663

    3 ай бұрын

    ❤ kzread.info/dash/bejne/g6V_m5tpe9i4kpM.htmlsi=-Yt-xSPdJzfTyDrT

  • @TigistDamena-mt3ms
    @TigistDamena-mt3ms3 ай бұрын

    Qalii kenyaa wan garaa nama nyaatuu dhugaa jabadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 uf kanara foyyesii keekkkkiii nama❤❤❤

  • @l_oromo4424
    @l_oromo44248 сағат бұрын

    Kekkiyyaa koo bayyeen si jaladhaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @Asliioromia39
    @Asliioromia393 ай бұрын

    Well come keekii oromoo❤❤❤

  • @kookeetoromoo2018
    @kookeetoromoo20183 ай бұрын

    Nama bu'aaf jedhee saba hin ganin nama kaayyoo isaa ganamaa irratti ciche nama gaafa artistiin dhabame aartii nutti agarsiise nama gaafa namni dhabame nama dhugaa tahee dhugaa nutti agarsiise haftee hacaaluu hundeessaa baga jiraatte waggaa kuma nuuf jiraadhu❤❤💚💚❤️❤️

  • @RayanAbdo-sp9mx
    @RayanAbdo-sp9mx3 ай бұрын

    Keekii koo namaa maadaa sabaa kana ibsuu daanda,uu sii argeee jaabaadhuu garuu hadaraa kee keekiyya koo biyyaa dhigaa oromo dhuydee hin quufnee tanatii hin gaaliin !!!! Hoojiin kee baayyee nama tolaa robba 5 tokko suuraa hin muldhanee ka,ee ayyyyy ahhh oro koo❤❤

  • @user-oy1cj7ks4c
    @user-oy1cj7ks4c3 ай бұрын

    Jabadhu jaba koo❤❤🎉❤❤

  • @IlmiiTube
    @IlmiiTube3 ай бұрын

    Sirbonni ke jechoota dilbin hojjatama yero bayye Namn heddu jaaladhuf din qisifadhu ati kekiyya galatoomi❤

  • @LeliseNigussu
    @LeliseNigussu3 ай бұрын

    Haacaaluu. Ta'i mulaadhu wagga 1000 jiradhuuu

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_222 ай бұрын

    Rooban 5shanii dhugaaf karra bani

  • @jamalibro820
    @jamalibro8202 ай бұрын

    Oromo sirba Keekkiyaa kana miliyoonaa ol akka tahu taasisaa

  • @abdishow785
    @abdishow7853 ай бұрын

    Kekiya : always you are best musician for oromo peoples 100%. i proud of You 💪💪💪

  • @MichuuQufaanziq
    @MichuuQufaanziq3 ай бұрын

    Baga nagaahaan nuuf dhuftee keekkiyyaa mataa dhiraa atii bar sabaa kanaaf qaaliidha hojiin kee nu biraatti fudhatamaa guddaa qabaa waggaa 10000000 nuuf jiraadhuu osoo naaf taate ati muummichaa ministeera itophiyaa siin filadha wallaah

  • @ArjumaAbera
    @ArjumaAbera3 ай бұрын

    Keekiyyaa Badhaadha Baga Nagaan Nu Dhuftee Waggaa 1000 Nufi Jiraadhu ROOBAN 5 ❤❤❤

  • @Bededadengule-kt3zw
    @Bededadengule-kt3zw3 ай бұрын

    Jabaa namaa❤❤❤

  • @EliasEtefa
    @EliasEtefa3 ай бұрын

    Ilma Oromoo keekiyyaa Kenya baga nagaan nuuf dhuften siin jechuu jaalladha.

  • @Nabroosiraaj
    @Nabroosiraaj3 ай бұрын

    Keekki oromoo nuuf jiraadhuu leencaa keenya❤❤❤

  • @abdijoyousman1061
    @abdijoyousman10613 ай бұрын

    Keekiyyaa Haalaan natti tola sirboonni kee martuu siin dinqisiifadha hangana hin jedhamu hedduun si jaaladha jabaadhu jabaa koo itti muddi waa heddu sirraa hubadheera akka kooti.

  • @FikaduDasalegn

    @FikaduDasalegn

    3 ай бұрын

    Namjabaa❤️🙏

  • @JibriilMuhammad-ln7bt
    @JibriilMuhammad-ln7bt3 ай бұрын

    Keekiyyaa koo sanyii dhiiraa keenyaa jabadhuu Roobaa 5 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-zz4xw3ut6x
    @user-zz4xw3ut6x3 ай бұрын

    Keekiyyaa ilmaa abbaa gadaa🇰🇪

  • @milkessahailu-milky
    @milkessahailu-milky3 ай бұрын

    I listened repeatedly; You had define Rooban 5n as well intellectually. Always huge lesson from massive man like you. I love it! Keep up a good job my belong blood one!🥰

  • @obiharar8687

    @obiharar8687

    3 ай бұрын

    Rooban 5 jechun malli ? Can you define for me ?

  • @ambooentertainment2778

    @ambooentertainment2778

    Ай бұрын

    ​@@obiharar8687 Keekiyyaanuu akka ajaayibaatti hiike. gaaffii biraa hin feesisu. sirbuma kana irra deebi'ii dhaggeeffadhu!

  • @LovelyBus-mq5ci
    @LovelyBus-mq5ci3 ай бұрын

    ❤ kormaa keenyàa ati

  • @Rahimaa-fp8ft
    @Rahimaa-fp8ft3 ай бұрын

    Ijaa budaa rabbii sirraa Haa qabuu qali saba bakkaa haacaaluu ta'i muldhadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤umrii wagaa kumaa jiradhuu

  • @OumerAhmed-sv6rt
    @OumerAhmed-sv6rt3 ай бұрын

    Atumti qofti sirbii mee qaalii saba keenya ❤❤🎉

  • @aweltura7899
    @aweltura78993 ай бұрын

    Nama koo Ilmoo sabaa Oromticha akka ganamaa🧡🙏

  • @Kakiiorowalloo
    @Kakiiorowalloo2 ай бұрын

    Kekiya jiradhu One jalatuu fide Ofieg❤❤❤❤❤❤ Sin kabajaa🎉🎉

  • @mudassiraadam
    @mudassiraadam3 ай бұрын

    Roobaa 5 nii, yeroo hundaa nuuf jiraadhuu keekiyyaa, ilmaa abbaa Gadaa umrii dheeraa nuuf jiraadhuu. ❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤🥇🥇🥇🥇🥇🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆🎆

  • @FedasaIngichu
    @FedasaIngichu3 ай бұрын

    Keekiyyaa bakka bu'aa haacaaluu goota keenya si jaallanna.❤❤❤❤

  • @HawiAmbo2
    @HawiAmbo23 ай бұрын

    Baga nagaan dhuftee Anaa dhufu keekiyyaa Badhaabdhaa WOW Welee Ajjaa bba wow Keencaa Oromiyyaan biqilchite nuf jiradhu 🙏🙏🙏 wow

  • @gidilechisa
    @gidilechisa12 күн бұрын

    Atii qofaan sirbii mootii walaloo fi yeedaloo Kan yeroon hin jijjiree❤❤❤

  • @yooniifgeetuu
    @yooniifgeetuu3 ай бұрын

    Dhugaa rabbii baay'ee tokko namatti tola Quqama sabaa keenyaaf nuf mulistee

  • @NagawoJima
    @NagawoJima3 ай бұрын

    Keekiyaa koo jabaa koo❤ Abbaa keenya dinquu ttis nagaa naaf dhaamii🥺🥰🥰

  • @burtukanalain7637
    @burtukanalain76373 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤Bagaa nagaa nufii dhufitee keekiyyaaa kenyaa qalii oromoo

  • @Dawit.melkamuWakgari-sl7rg
    @Dawit.melkamuWakgari-sl7rg3 ай бұрын

    Keekkiyaaa qaalii sabaa nuu jiraadhu heedduu si jaallaanaa gooftaa sagalee kilooleee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @daughteroftheking3220
    @daughteroftheking32203 ай бұрын

    Nuuf jiradhuu lencaa sabaa dhugaa sagaleee umataa kenyaa tateef glatomii❤

  • @finfinetimes
    @finfinetimes3 ай бұрын

    “Tajjabni caffee tahee harkuma tumu, yoo sa’aa namni du’u!” ... Ogeessaa aartii jabaa namaa namatti tola!🤝👏

  • @abseejibriil914

    @abseejibriil914

    3 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AgeriDadi
    @AgeriDadi3 ай бұрын

    Nuuf jiradhu qalii sanyii koo. Ija hamtuu sirra yaa qabuu Ayyanii oromo ❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  • @IbsaKadiir
    @IbsaKadiir3 ай бұрын

    🎉🎉🎉🎉baga ittii qabissitee qalii kenyaa❤❤❤❤❤

  • @user-ek8db4yd5e
    @user-ek8db4yd5e2 ай бұрын

    Baga nagayaan dhufte xiyyiiti keenna jeekiyyaa ❤❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤🎉

  • @GurmuNegese
    @GurmuNegese3 ай бұрын

    Keekiyyaan sirnarraa sirba duraanuu! Fayyaa dahi

  • @nesratahir5115
    @nesratahir51153 ай бұрын

    Rabbii sii eguu hireen Haacaluu akka sii himudannee tsalootiin siif godhaa

  • @arbagugutube1928
    @arbagugutube19282 ай бұрын

    ❤❤❤❤ hojii boonsa hojatee fayaa argadhu

  • @MahamadAbduu-gn5cg
    @MahamadAbduu-gn5cg2 ай бұрын

    Jabaa koo baraa baran mohii sabaketif qalidhaa atii❤❤

  • @dameetaaffasaaentertainmen5584
    @dameetaaffasaaentertainmen55843 ай бұрын

    Hojii Ajaa'ibaati Horii buli kormee dhiiraa ♥️♥️

  • @gadaaview
    @gadaaview3 ай бұрын

    Very Nice and Smart!! keekiyyaa Nama hojiin harkatti badee hin beekne buli!! I love it!!♥♥♥♥♥♥

  • @AbdiAman-ws6eb
    @AbdiAman-ws6eb3 ай бұрын

    Maarshii jijjiiri jabaadhu ummata keetiif galaa guddaa taate❤❤❤❤

  • @kamalabdulkadir8211
    @kamalabdulkadir82112 ай бұрын

    Sirba siyaasaa dhageeeffachuun waan na nuffisiise natti fakkaatee ture. Garuu gaafa keekiyyaan ROOBAN 5 jedhee dhufu obsuun dadhabe. Yaa aartii! Yaa artistii! Yaa filannoo jechootaa! You r special! Long live Keku!

  • @kadijaaarsiilovewallo0410
    @kadijaaarsiilovewallo04103 ай бұрын

    Nuuf Jiraadhu Jabaa Sabaa Sirboonni kee hundi ilaalcha Adda Addaa Qaba Nama Sirritti Hubatuuf Hubataa Namaa Nuuf Jiraadhu waggaa kuma🦁💪💎❤️💚❤️🙏🙏

  • @user-gq1ll7pz7m
    @user-gq1ll7pz7m3 ай бұрын

    Baga nagaa dhuftee Artiisti keenyaa Keekiyyaa!!!!

  • @Mameesamiira
    @Mameesamiira3 ай бұрын

    Umurii dheradhu kekiyaa koo❤

  • @meetiigetachew1444
    @meetiigetachew14442 ай бұрын

    🎉🎉🎉sitii tolee jira kekiiyaa nuuf jabadhuu

  • @keenboonentertainment
    @keenboonentertainment3 ай бұрын

    Keekiyyaan urjii artii oromooti.jabadhu jabaa sabaa

  • @gosumuleta2157
    @gosumuleta21573 ай бұрын

    Ajaa'iba!!! Itti fufi Keekiyyaa Kenya!!

  • @user-tb5me4yn6q
    @user-tb5me4yn6q3 ай бұрын

    Keekuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 saanyii dhuuggaa rely

  • @gutimal1
    @gutimal12 ай бұрын

    Dhuguma kee jettee Rooba 5 WOW!!!!!

  • @kenenibenti8931
    @kenenibenti89313 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ WE LOVE YOU BROTHER. Bakka Haacaaluu hundeeessaattii si ilala

  • @Anorodhaber
    @Anorodhaber3 ай бұрын

    Yaa yaa wow leenca koo anaa dhufuu baga milkoofte jabaa koosi cinaa jirraa 💪💪💪💪💪💪🤜🤜🤜❤️💚❤️

  • @VzhxjJdhdh
    @VzhxjJdhdh3 ай бұрын

    Naaf jiradhuu umuriii nu dheerradhuu jabbaa oromoo❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdibest143mkza
    @abdibest143mkzaАй бұрын

    Ati Qaxalee Nama Muuziqaaf Dhalatedha Keekiyyaa Ati Mucaa Jabaadha. Garuu Kaayyoonkee Nuuf Hin Galu Uummanni Ati Baay'ee Waan Oogtuuf Sitti Fakkaatu Kun Bar Nagaa Dheebuutu Ajjeeseem. Maal haa godhu Bqa Muuziqaa Mormiif Nama Kakaasu Dhiisi Sirba Nagaa Labsu Nuuf Hojjedhu Yo Dandeesse. Yoo Dadhabdemmoo Bakka jirtutti Nagaan Taa'i. Kalaas😂🎉

  • @EbisaCharu
    @EbisaCharu3 ай бұрын

    WELCOME BACK KING OF MUSIC KIKIYYA BADHAADHA!

  • @galmaadhugaa6457
    @galmaadhugaa64573 ай бұрын

    Congratulations on your arrival

  • @zeharajemal7845
    @zeharajemal78453 ай бұрын

    Uuuf baga nagan dhufte qali naman akka acaalutti jalladhu kessa ati isa tokkodha ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-zh3gh8yc7i
    @user-zh3gh8yc7i3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ nuu jiiradhuu gaaruu nii jijiramee fulii kee naagaa miitimoo

  • @ebsadalju4217
    @ebsadalju42173 ай бұрын

    Goota keenya baga nagaan nuuf dhufte. Keekiyyaa keenya kan keenya kun garaa nama bobeessa. dhalootni darbees wareegamaa darbee har'as wareegamuu qofa ta'e. lubbuu dheeraa nuuf jiraadhu. akkuma itti si jaallatnu atiyyuu beekta.

  • @MakidaCiroo-gg2zl
    @MakidaCiroo-gg2zlАй бұрын

    Gammachiisuuf jecha dhama'e saba isaa kan kolfa dharra'e. dhugaa baanta keekiyyaa

  • @derarasorsa
    @derarasorsa3 ай бұрын

    Ajaa'iba! Jechootaan mimmidhagoon kukkuultee haala yeroo ibsite.t!u! Creative and talented man.

  • @SorsaTesfaye
    @SorsaTesfaye3 ай бұрын

    Kormoomi buli fayyaa ta'i fayyaa dahii leencaa fakkii nama umuriii Dheeraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @KeniniMama
    @KeniniMama3 ай бұрын

    Kekiyyaa kenna Bagaa ngh dhufte maa nu jala badde

  • @Sofiman21
    @Sofiman213 ай бұрын

    Baga nga dhufte qalii saba esa turtee garuu si yane ❤😔😔😔❤❤🎉🎉

  • @obsahisaba410
    @obsahisaba410Ай бұрын

    Kabaa Gaaddisaa qabaa ijaajisaa jedhan goota irraanfatame nu yaadachiifte ilma sabaa❤

  • @uaess9428
    @uaess94283 ай бұрын

    Kekiyyaa kitaaba saana uuuuuuumphaaaaa ❤❤❤ jabaadhu baga nagaan nuuf dhufte qomoo koo

  • @hazizahaziz6072

    @hazizahaziz6072

    3 ай бұрын

    GobazaaJabadhuu

  • @ziyadkedir_officialtube4343
    @ziyadkedir_officialtube43433 ай бұрын

    Keekiyyaa hojii akkam bareeddudha qulqullinaa isaa qindeessumman isaa haallii waraabbii isaa addumaa jabaadhuu jabaa keenya❤❤❤❤

  • @fileratube3891
    @fileratube38913 ай бұрын

    Hojii gariidha!Kk.B❤❤❤

  • @user-yt9ke4rw7i
    @user-yt9ke4rw7i3 ай бұрын

    Welcome kekiiyaa🎉

  • @user-ji3lo9qr6m
    @user-ji3lo9qr6m3 ай бұрын

    THE LEGEND IS BACK! Watching from Calgary Canada.

  • @GammchuuAbabbaa

    @GammchuuAbabbaa

    3 ай бұрын

    Gammchuu Ababbaa

  • @FuadJihad-pb4fl
    @FuadJihad-pb4fl2 ай бұрын

    Nuf jiradhuu motii koo ❤❤❤❤❤❤

  • @AlemitukonjoGoftanu
    @AlemitukonjoGoftanu3 ай бұрын

    Wawu jabaa nama bagaa nagaan nuf dhufte . Nuf jiradhuu ijaa hamtuu sirraa Haa qabu ayyanii oromoo ❤❤❤❤❤❤

  • @sethcerr6663

    @sethcerr6663

    3 ай бұрын

    Ameen! kzread.info/dash/bejne/g6V_m5tpe9i4kpM.htmlsi=-Yt-xSPdJzfTyDrT

  • @magarsaadhaabaagadaa5952
    @magarsaadhaabaagadaa59523 ай бұрын

    Filatamaa koo❤❤❤ Oromticha dubbiin qolaa!!

  • @abdifreedom1552
    @abdifreedom15523 ай бұрын

    Keekittii teenya baga jiraatte!

  • @IbrahimUsuman-ei4if
    @IbrahimUsuman-ei4if2 ай бұрын

    Keekii.koo.jabadhuu.bayee.sii.jalaana❤🎉❤❤❤❤❤Robani.5

  • @user-sq3ku6vh6h
    @user-sq3ku6vh6h3 ай бұрын

    Leenca koo itti himi akkasii ti ❤❤❤❤❤❤

  • @namakulaqurusum9881

    @namakulaqurusum9881

    3 ай бұрын

    👍👍

  • @user-yr9sn3vr2y
    @user-yr9sn3vr2y3 ай бұрын

    Jabaa ilmaa I haven't word for you 😍❤️

  • @leenii694
    @leenii6943 ай бұрын

    Anaa haa dhufu Keekiyyaa ❤❤

  • @MuradNure-zs7yp
    @MuradNure-zs7yp2 ай бұрын

    Sirba yeroo isaa eggatee baheedha hayyuu argaa dhageettii kekiyyaa jabaadhu

  • @ebboomisgana
    @ebboomisgana3 ай бұрын

    baagaa naagaan dhuftee kekii oromoo❤❤❤

  • @Obseen2
    @Obseen23 ай бұрын

    Baga nagaan dhufte.Sirba ajaa'ibaati dhugaa.....Abbaan Duulaa oobbo Dinquun ammoo heddu sirba ❤

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e3 ай бұрын

    Anaa dhufu jabaa keenyaa jabadhuu goticha koo ilma sbaa ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🌹🌹🌹🎉🎉🎉💕💕💕💕

  • @QasimWlo
    @QasimWlo3 ай бұрын

    Welcome Hayiicha Keenyaaaaaa Atti🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @Daabee942
    @Daabee9423 ай бұрын

    I'm proud of you qaalii keenya Oromoon hunduu si jaalata umrii dheeradhu.

  • @HannachalumaaHannachalumaa
    @HannachalumaaHannachalumaa27 күн бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Wow bagaa nagaan dhuftee

  • @nibretabebe6656
    @nibretabebe66563 ай бұрын

    Wowwwww lubbuyyee like🥰🥰🥰🥰

Келесі