Oromo Music 2015
uuuufff Jagee koo nuf jiradhu bayy,ee namati tolaa jabaadha isin Adii saba Oromoo
jabadhu sabona oromoo ajaiba kaa oromumaa kee mulifite kaa gotaa keenya
sanyii leenca leencuma jaagama sirbi kee illee hedduu namatti tolaa jabadhuu yaa abdii saba hedduu sii jallanna. galannii kee immoo bilisummaa biyyaa kee(OROMIYAA) siif haa ta'u. hori nuuf buli!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
አንተ ምርጥ የሸዋ ልጅ በጣም አድናቂክ ነኝ ወንድሜ
jagamaa jbadhuu si bbii kee bayee naa gamachisaa ishii 100000
Aster Sanyii Taddee Biruuu Uuuuuuffffff nuuf jiradhu bayyee namati tola jabadhaa saba oromoo👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤
really heart broken voice I don't understand language but I like it too much
Uuuuuffffff jagee koo siribii kee hunduu bayee namatii tolaa jabadhuu jajabee koo waqayoo sii walinii haa tauu
sirbonii kee hunidu bayee baredaa galatomi umurii dheradhu ❤❤❤💚💚💚❤❤❤💝💝💝💝💝
Baayeen namatii tola gudda galatomii goota Kenya's nuf jiradhu iji hamtun sin argin
jaagamaa baayyee namatii toltaa sabaa kenyaa jabadhuu Sabbona Oromo music kee bayyee jaladhaa
Wwwwwww wwwwwww sanyii oromo shawaaa jabadhuu itti fufi jiradhuu sanyii koo galatomi galini kee bilisumaa oromo siif Haa ta'uuu 👍👍👍👍👍👍💝👈
Nufii Jiradhuu Lencaa kennaa Ijaa Hamaa sirraa haa Qabuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Fyf falmtuu sabbaa Gifd Nufiii jabadhaa
AMAZING OROMIS MUSIC I HAVE EVER HEARD. YESSSSSSSSSS YOUDID IT JAAGAMAA SIRBA TOKKO NUUF DABALI.
Waww bayee baredii sagalee tee jabadhu I'ma oromoo
anaa.gootaa.oromoo.dhugaa.keeti.jabadhuu.abdiiiiiiiiiioromiyaati✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌waliin.nuu.bilisomsuu.waqaayyoo
Uuuuuuufff Rabbiin Harka diina irra si hanbise ammas si haa fayyisu Leenca keenya qaali ❤️😭😭
uuff baay'ee namatii tolaa jabadhuu sabboonaa oromo hamtuun si hin argiin
Jiradhu Saanyii koo leencaa koo Ijii hammatuun sii hin argiin God bless you 👍🏿👍🏿👍🏿👍🏿❤️❤️❤️❤️
Eellee sibilaa!! Heduu galatomi Qomoo ofii nuf jiradha Tiruu Koo
Jabadhu.jaba.koo.wani.ofi💯💯💯💯🥰🥰🥰
ምርጥ ዘፈን ነው አንድ ያድረገን ፈጣሪ ሁላችንንም በቃቹ ይበለን ፈጣሪ ያሳዝናል
jaagama siirba bareeda kana nuuf keennu keetiif galatoommii Jabaadhu
Nuu jiraadhu
Wooooooooooow !!!! leencakooo! jabadhuu !
Jabadhuu, yaa, lencaa, oromo, akkastti, itti, himmi
Long live our beautiful land oromiya long live qerroo oromiya
Nuf jiradhuu qerasa
Otomiyaan yomuu taa dinaa hin tatuu nutii dhumaa malee Jabadhuu jajabee koo
Woooow Jabaadhaa qomoo ofii.....namatti tola Jaagamaa keenyaa Jiraadhu.
Wwwwwwww jabadhu qeeroo koo hadha si deese amasi dabali
Dhugaa dubbachuuf J hedduu natti tolte kana boodas ati abdii lammiiti jabaadhu!!
Wooooow hundatti garaa hin himatini qoomo koo jabadhu sin jalanna
Dhugaketi Qomo koo wwwwoo jabadhu 🙅🙅💃💃💪💪💪💪❤❤❤❤
Bayye namatti tolaa, dhageefadhe quufun dadhabe. Jiradhu hadhoko!!
jagema jabadhuu gafaa tokoo nubari.uun oluu rabii nuhatumsuu
akkan kaa yaa l ammiii koo nuuf j iradhuuu Abdii sabaa
❤ the sound broken the heart .really we love you overall than other person.
Wowwwwww naafu jiraadhuu qeerro koo 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💚💚💚💚💚💚💟💟💚💟💚💟💟💟💟💟💚💟💟💚💚
uuuufff Jagee koo hamtun sinargin Abdii saba jabadhu
Colourful music. I love it ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wow baye e bareda sirbiche kee jabadhu sabonaa koo
artistota oromo kan mirgafi enyumaa kessanif gumachitan hundi kessan gotta oromiyati yomiyuu tanan senan issin hindagatuu amasii cimma,jabadha gotta Dinaa hiribaa dhowartan isinumaa
Baay
Qaxalee kenyaa Bagaa kenyaa tatee
my hero am proud of you keep it up
❤❤❤❤ jabadhuu sanyii koo!!!
baga kenya tate sabona oromo . baayee namati tola jabadhu. .!!!!!!!!!
Uuufuu 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Wawuuuuuùu jagama jirata adama bayee Namati Toola sirbi kee jabadhuu baredaa Oromoo itfufi hamma dhumati
የኔ ውድ እንኻን እግዚአብሔር አምላክ አተረፈክ አንተንም አሳውን ነበር ውይ መቼ ይሆን ስቃያችን የሚያበቃው
Sirbii kee gaarii dha
ውይ ሰወደህ አንበስ ♥️🙏♥️♥️🙏🙏🙏
wwwwwwwwwwwwoooow bayee namatii tollaa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍
Uuuufff💔💔💔💔💔😭😭😭😭
Abshiir goottaa koo numaa bariittii
wowoowowowowowow Danuuu Namattiii tolaaaaaaa Qashtii koo Nuu Galatomiiiiiiiiiiiiiiii
36367446
jabadhuu sanyii koo akkanumatti ittii fulfii waqayyoon sii ha gargarruu
Sagalee baayyee bareedaa
U nu jiradhu mee jagama koo. sitti haa toluu haboo.
Rabbii sii ha jirtu
Jiradhu gota Kenya fuduri ke ifa 💪💪💪💪💔💔💔💔💔💔💔💔
wwwwwwwwwwwwwwoooooo jabadhu bayee namatii tolaa hamtuun siin argiin sanyii koooooo
Waaawuuu bareedaa a keenya sagaleekee
wowwww jabadhuu sanyii namaa
Jaagamaa jagna koo jabaadhu
I love you tank you jagama
wawo sabonaa kenyaa gariidha jabbadhu!
jabadhuu gotaa oromo umurii dheradhuu
elee sibilaa elee sibilaa elee sibilaa
Nuuf jiradhu gotta koo
yoo bokini dadhii tahee malee yoo comini salphinafii firfari abba dabalataa yoo rakoo tahee malee yoo gamtee biyaa tahee lamii titikafateti rorodhorgatan
Amin
ufffff jagama ❤❤❤❤❤
IT IS BEST MUSIC
baay'ee namattii tola jabadhu
wow baaye namatti tola jajjabe keenya
Gootakoo! iji hamttun si hin argiin.
wowww laamii koo nufi jieradhuuuu💔💔💔💔
My hero jagamaa
The music i like most
wowow halana namati toolaa jiradhuu sagale kee bayyee baredadha♡♡♡♥♥♥
jaaiias
Wowowowo baya si jalaladha damako ilove so mache♥♥♥♥♥
Woooow 💔💔❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💞💞💞💞💪💪💪💪
❤❤❤❤
wowww
jiradhuu sanyiikoo bayee namatii tolaa muziqan kee itii fufii...
dhageffadhe qufuu hin dandenyee jiradhu sanyii koo
baayee namati tola nuufi jiradhuu
jiradha sabboontota oromoo iji dina isini hin argin lammii ko
Waw Bayee baredaa Sanyi ko
bayeen nattii tolle
Neshda
wow nice
Ati goota kenyaa nuf jiradhu umri dheradhuu
Jagooko bayyen si yadde kan bira eggan jira
nuf jiradhu Lammiiko iji hamtu siin Argin
Baga rabbin si basee
jagama ani sirbaa hudda nan jalladhan ana jalali sirra naa qabde uuuuuuuff intala salaleti ani
Yaa lammii koo ijaa amtuura afii
Jabadhuuuu sanyiii
Wwwwwooowww laamiii koo jaabadhu
❤💚❤😭😭😭😭
lancaa koo galatomi!!!!! saboonaa mucaa Oromiyyaa Beruti irraa!!!!!
jabadhu
💞💞💞
👌🧡❤️❤️
የኔ ቆንጆ አንጀት ትበላለህ እሽ ግን ቋንቋውን አልችለውም
raditiye thank you. possible to learn
siin ammoo kana keessa waayee jaalala si yaadachiisee lammii keeyyuu dhumee ma
Tijitu Kumala
Пікірлер: 199
uuuufff Jagee koo nuf jiradhu bayy,ee namati tolaa jabaadha isin Adii saba Oromoo
@estech9644
6 жыл бұрын
jabadhu sabona oromoo ajaiba kaa oromumaa kee mulifite kaa gotaa keenya
sanyii leenca leencuma jaagama sirbi kee illee hedduu namatti tolaa jabadhuu yaa abdii saba hedduu sii jallanna. galannii kee immoo bilisummaa biyyaa kee(OROMIYAA) siif haa ta'u. hori nuuf buli!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
አንተ ምርጥ የሸዋ ልጅ በጣም አድናቂክ ነኝ ወንድሜ
@burtukanwoyesa4487
5 жыл бұрын
jagamaa jbadhuu si bbii kee bayee naa gamachisaa ishii 100000
Aster Sanyii Taddee Biruuu Uuuuuuffffff nuuf jiradhu bayyee namati tola jabadhaa saba oromoo👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤
really heart broken voice I don't understand language but I like it too much
Uuuuuffffff jagee koo siribii kee hunduu bayee namatii tolaa jabadhuu jajabee koo waqayoo sii walinii haa tauu
sirbonii kee hunidu bayee baredaa galatomi umurii dheradhu ❤❤❤💚💚💚❤❤❤💝💝💝💝💝
Baayeen namatii tola gudda galatomii goota Kenya's nuf jiradhu iji hamtun sin argin
jaagamaa baayyee namatii toltaa sabaa kenyaa jabadhuu Sabbona Oromo music kee bayyee jaladhaa
Wwwwwww wwwwwww sanyii oromo shawaaa jabadhuu itti fufi jiradhuu sanyii koo galatomi galini kee bilisumaa oromo siif Haa ta'uuu 👍👍👍👍👍👍💝👈
Nufii Jiradhuu Lencaa kennaa Ijaa Hamaa sirraa haa Qabuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@abdullahyasir4424
6 жыл бұрын
Fyf falmtuu sabbaa Gifd Nufiii jabadhaa
AMAZING OROMIS MUSIC I HAVE EVER HEARD. YESSSSSSSSSS YOUDID IT JAAGAMAA SIRBA TOKKO NUUF DABALI.
Waww bayee baredii sagalee tee jabadhu I'ma oromoo
anaa.gootaa.oromoo.dhugaa.keeti.jabadhuu.abdiiiiiiiiiioromiyaati✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌✌waliin.nuu.bilisomsuu.waqaayyoo
Uuuuuuufff Rabbiin Harka diina irra si hanbise ammas si haa fayyisu Leenca keenya qaali ❤️😭😭
uuff baay'ee namatii tolaa jabadhuu sabboonaa oromo hamtuun si hin argiin
Jiradhu Saanyii koo leencaa koo Ijii hammatuun sii hin argiin God bless you 👍🏿👍🏿👍🏿👍🏿❤️❤️❤️❤️
Eellee sibilaa!! Heduu galatomi Qomoo ofii nuf jiradha Tiruu Koo
Jabadhu.jaba.koo.wani.ofi💯💯💯💯🥰🥰🥰
ምርጥ ዘፈን ነው አንድ ያድረገን ፈጣሪ ሁላችንንም በቃቹ ይበለን ፈጣሪ ያሳዝናል
jaagama siirba bareeda kana nuuf keennu keetiif galatoommii Jabaadhu
Nuu jiraadhu
Wooooooooooow !!!! leencakooo! jabadhuu !
Jabadhuu, yaa, lencaa, oromo, akkastti, itti, himmi
Long live our beautiful land oromiya long live qerroo oromiya
@mimitalilamimitalila4427
5 жыл бұрын
Nuf jiradhuu qerasa
Otomiyaan yomuu taa dinaa hin tatuu nutii dhumaa malee Jabadhuu jajabee koo
Woooow Jabaadhaa qomoo ofii.....namatti tola Jaagamaa keenyaa Jiraadhu.
@hawwiitalaaboo5442
6 жыл бұрын
Wwwwwwww jabadhu qeeroo koo hadha si deese amasi dabali
Dhugaa dubbachuuf J hedduu natti tolte kana boodas ati abdii lammiiti jabaadhu!!
Wooooow hundatti garaa hin himatini qoomo koo jabadhu sin jalanna
Dhugaketi Qomo koo wwwwoo jabadhu 🙅🙅💃💃💪💪💪💪❤❤❤❤
Bayye namatti tolaa, dhageefadhe quufun dadhabe. Jiradhu hadhoko!!
jagema jabadhuu gafaa tokoo nubari.uun oluu rabii nuhatumsuu
@zeeynabalovearsiiroobeedid9125
8 жыл бұрын
akkan kaa yaa l ammiii koo nuuf j iradhuuu Abdii sabaa
❤ the sound broken the heart .really we love you overall than other person.
Wowwwwww naafu jiraadhuu qeerro koo 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💚💚💚💚💚💚💟💟💚💟💚💟💟💟💟💟💚💟💟💚💚
uuuufff Jagee koo hamtun sinargin Abdii saba jabadhu
Colourful music. I love it ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wow baye e bareda sirbiche kee jabadhu sabonaa koo
artistota oromo kan mirgafi enyumaa kessanif gumachitan hundi kessan gotta oromiyati yomiyuu tanan senan issin hindagatuu amasii cimma,jabadha gotta Dinaa hiribaa dhowartan isinumaa
@seenaaoromoohindhumu6168
5 жыл бұрын
Baay
Qaxalee kenyaa Bagaa kenyaa tatee
my hero am proud of you keep it up
❤❤❤❤ jabadhuu sanyii koo!!!
baga kenya tate sabona oromo . baayee namati tola jabadhu. .!!!!!!!!!
Uuufuu 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Wawuuuuuùu jagama jirata adama bayee Namati Toola sirbi kee jabadhuu baredaa Oromoo itfufi hamma dhumati
የኔ ውድ እንኻን እግዚአብሔር አምላክ አተረፈክ አንተንም አሳውን ነበር ውይ መቼ ይሆን ስቃያችን የሚያበቃው
Sirbii kee gaarii dha
ውይ ሰወደህ አንበስ ♥️🙏♥️♥️🙏🙏🙏
wwwwwwwwwwwwoooow bayee namatii tollaa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍
Uuuufff💔💔💔💔💔😭😭😭😭
Abshiir goottaa koo numaa bariittii
wowoowowowowowow Danuuu Namattiii tolaaaaaaa Qashtii koo Nuu Galatomiiiiiiiiiiiiiiii
@jameelaj1336
5 жыл бұрын
36367446
jabadhuu sanyii koo akkanumatti ittii fulfii waqayyoon sii ha gargarruu
@adammohammad4407
4 жыл бұрын
Sagalee baayyee bareedaa
U nu jiradhu mee jagama koo. sitti haa toluu haboo.
Rabbii sii ha jirtu
Jiradhu gota Kenya fuduri ke ifa 💪💪💪💪💔💔💔💔💔💔💔💔
wwwwwwwwwwwwwwoooooo jabadhu bayee namatii tolaa hamtuun siin argiin sanyii koooooo
Waaawuuu bareedaa a keenya sagaleekee
wowwww jabadhuu sanyii namaa
Jaagamaa jagna koo jabaadhu
I love you tank you jagama
wawo sabonaa kenyaa gariidha jabbadhu!
jabadhuu gotaa oromo umurii dheradhuu
elee sibilaa elee sibilaa elee sibilaa
Nuuf jiradhu gotta koo
yoo bokini dadhii tahee malee yoo comini salphinafii firfari abba dabalataa yoo rakoo tahee malee yoo gamtee biyaa tahee lamii titikafateti rorodhorgatan
Amin
ufffff jagama ❤❤❤❤❤
IT IS BEST MUSIC
baay'ee namattii tola jabadhu
wow baaye namatti tola jajjabe keenya
Gootakoo! iji hamttun si hin argiin.
wowww laamii koo nufi jieradhuuuu💔💔💔💔
My hero jagamaa
The music i like most
wowow halana namati toolaa jiradhuu sagale kee bayyee baredadha♡♡♡♥♥♥
@yaabmohamed2347
8 жыл бұрын
jaaiias
Wowowowo baya si jalaladha damako ilove so mache♥♥♥♥♥
Woooow 💔💔❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💞💞💞💞💪💪💪💪
❤❤❤❤
wowww
jiradhuu sanyiikoo bayee namatii tolaa muziqan kee itii fufii...
dhageffadhe qufuu hin dandenyee jiradhu sanyii koo
baayee namati tola nuufi jiradhuu
jiradha sabboontota oromoo iji dina isini hin argin lammii ko
Waw Bayee baredaa Sanyi ko
bayeen nattii tolle
@HuaweiY-oq8kj
5 жыл бұрын
Neshda
wow nice
Ati goota kenyaa nuf jiradhu umri dheradhuu
Jagooko bayyen si yadde kan bira eggan jira
nuf jiradhu Lammiiko iji hamtu siin Argin
Baga rabbin si basee
jagama ani sirbaa hudda nan jalladhan ana jalali sirra naa qabde uuuuuuuff intala salaleti ani
Yaa lammii koo ijaa amtuura afii
Jabadhuuuu sanyiii
Wwwwwooowww laamiii koo jaabadhu
❤💚❤😭😭😭😭
lancaa koo galatomi!!!!! saboonaa mucaa Oromiyyaa Beruti irraa!!!!!
jabadhu
💞💞💞
👌🧡❤️❤️
የኔ ቆንጆ አንጀት ትበላለህ እሽ ግን ቋንቋውን አልችለውም
@meseretabdissa8909
8 жыл бұрын
raditiye thank you. possible to learn
@tijitukumala2206
7 жыл бұрын
siin ammoo kana keessa waayee jaalala si yaadachiisee lammii keeyyuu dhumee ma
@abrachfakado9605
7 жыл бұрын
Tijitu Kumala