"Isiin sa'aa 24 haasawuu feeti, ani haasawa hin jaaladhu" Dhaddacha Jaalalaa 23

Ойын-сауық

Galmee Iyyannoo 49
As wr wb
Akkam jirtan qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Ani maqaan kiyya M.A jedhama. Saudi Arabia keessa jiraadha. Abbaa manaa kiyya wajjiin karaa Rabbiin Jaalatuun wal fuune. Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin. Abbaa manaa kiyya akkaan jaaladha. Jaalala isaaf qaburraa, huccuu inni naaf bite gaafa isiin dhumtes gatuun hedduu na marara. Kuni jaalala isaaf qaburraa madde. Osoma jaalala mi’ooytuu wajji dhandhamutti jirru, wanti hamtuun takka dhuftee jiruu teenya booressutti jirti. Amma dura mallaqa namarraa liqeeffannee deeynii namaattu nurra jira. Mallaqa kana kafaluun ammo hedduu nutti ulfaate. Namni nuti mallaqa irraa liqeeffanne fira gama kiyyaan jiru. Kanaaf mallaqa isaanii gaafachuuf telefoona isaa irratti wayta bilbilan, inni telefoona jalaa hin kaasu. Yeroo heddu irra deddeebi’anii eega itti bilbilanii booda gama kiyya bilbilan. Jaarsi kee telefoona nurraa kaasuu dide maali rakkoon jedhanii na gaafatan. Haalumatu mijjaawuufi dhabe, deyni nurra jiru ni kafalla xiqqoo nuuf obsaa jedheen. Achi booda Abbaa manaa kiyyarraa hayyama fudhee anis dalagatti bobbahe. Hanga humna tiyyaatiin carraaqadhee mallaqa fidee itti kennee nurraa galchi jedheen. Ani deynii tana ofirraa baasuuf hedduu jarjaree jira. Inni ammo faallaa kanaati. Mallaqa isaanii suuta galchina ammaaf haajaa nutti jirtuun bahanna naan jedha. Deynii namaa maaliif of irra tursiisna. Guyyaa qadarri Rabbii dhufu hin beekanii nurraa kafali yoo jedhuun, in shaa ALLAAH ni kafalla. Dura haajaa teenya xumurra naan jedha. Sababaa kanaaf jaalalli teenya boorayuu eegalte. Mee furmaanni kiyya maali. Murtii abbaa murtii obsaan eeggadha. Galatoomaa.
Galmee Iyyannoo 50
As wr wb
Akkam jirtan qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Akkam nagaya fayyadhaa? Baayyee nama gammachiistan. Qophiin dhaddacha Jaalalaa kun baayyee nama gammachiisa. Waahee iccitii keenyaa, waan nuti yeroo dheeraaf itti rakkachaa turreef furmaata gaarii nuuf fide. Dalagaa ajaa’ibaa tanaaf Rabbiin mindaa keessan ol isinii haa kaasu jechaa gama iyyannoo tiyyaatti ceha. Aniifi jaartiin tiyya eega wal fuunee waggaa 2 guutuuf waa xiqqotu nuuf hafa. Jaalalli isiin naaf qabdu haalaan guddaadha. Anis akkasumatti isii jaaladha. Waan tokko qofarratti xiqqoo walii galuu dadhabne. An haasawa dheeraa isii wajjiin haasawuu hin barbaadu. Isiin garuu sa’aa 24 guutuu anuma wajji haasawuu feeti. Gabaabumatti an haasawa dheeraa hin fedhu. Isiin haasawa dheerratti jechuudha. Dhimma kanatu rakkoo xiqqoo jiruu teenyatti fide. Mee furmaanni keenya maali? Maal nuuf dhaamtan? Gabaabsee waan tokko isiniif himuu barbaada. Jaartii tiyya nin jaaladha. Garuu haasawa dheeraa isii wajjiin haasawuu hin fedhu. Sababaan haasawa dheeraa isii wajji haasawuu hin barbaanneef maali yoo naan jettan, anis deebisaa gaafii kanaa hin beeku. Waan kana fedhuu dhabuu kiyya qofa hubadha. Galatoomaa.
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another KZread channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to KZread and requesting the removal of the unauthorised content.

Пікірлер: 57

  • @BariisooMusxafa
    @BariisooMusxafa17 күн бұрын

    Like godhuu hin irraanfatina hordooftota

  • @AllahamdulilahRabbiilallaamin
    @AllahamdulilahRabbiilallaamin16 күн бұрын

    Wa'alleeykumsallam worahimatullah wobarakatuhu maashaallaah Bagaa Nagayan dhuftan Jazaakumullahu keeyranii Rabbiin umrii kessani nu ha dherressu nu jajjabadha.yaada muraada kessan nu ha dherressu.

  • @MikesaOg
    @MikesaOg13 күн бұрын

    Mashaa Allah

  • @AllahamdulilahRabbiilallaamin
    @AllahamdulilahRabbiilallaamin16 күн бұрын

    Quuqama kiyya narra buqistani Allahamdulillah Gaafii Namni gafatu kessatti Deebii baayee argaadhe😊

  • @user-by8mu1ju3f
    @user-by8mu1ju3f17 күн бұрын

    Maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah 🎉🎉🎉🎉🎉 nuuf jirdhaa umrii dheertuu

  • @IfnaanAdam
    @IfnaanAdamКүн бұрын

    Masha Allaah

  • @MustarAbrahim
    @MustarAbrahim16 күн бұрын

    My mashallh Mashallh

  • @MubarikMahammad-cq4zb
    @MubarikMahammad-cq4zb15 күн бұрын

    Masha Allaah ❤❤❤❤❤

  • @HarargeeShaw
    @HarargeeShaw16 күн бұрын

    Masha allaha ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Hayaataddiin
    @Hayaataddiin17 күн бұрын

    Maashaallah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Hayaataddiin

    @Hayaataddiin

    17 күн бұрын

    Maashaallah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MusabMahdi-vi8ox
    @MusabMahdi-vi8ox17 күн бұрын

    Masham allah ❤

  • @fatamabh2326
    @fatamabh232617 күн бұрын

    Anis abaa manaa kiya woliin hasahun jaalmadha innii hinjaallatu😢😢😢

  • @MariamAbu-dj9uw
    @MariamAbu-dj9uw17 күн бұрын

    Rabii sii iraa hajalatuu ishallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-ds6li2kf2o
    @user-ds6li2kf2o17 күн бұрын

    Wl wr wb mashaa Alaa gorosii kesanii bayee natii tolee🎉🎉🎉🎉🎉

  • @yusraabintyasiin8455
    @yusraabintyasiin845517 күн бұрын

    Walleykum assallam waramatullah wabarakatuhu sallaallahuu alleyhii wassallam baga nagan dhuftan heedduu tokko isin jaladha qophii keessaan hama inni dhufuti arititn dhegaa rabbiin umrii keessaan keessaa baraka nuf ha kahu ilmi irran ilmii isif ha daballuu rabbiin hayakumullaah wabayakum❤❤❤

  • @HappyBuffalo-td6me
    @HappyBuffalo-td6me13 күн бұрын

    as wr wb ❤❤❤❤❤❤❤

  • @IbroShada
    @IbroShada17 күн бұрын

    Mashallh qaaliiwan

  • @ayantuargo2499
    @ayantuargo249917 күн бұрын

    Wl wr wb❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @user-cm6no7cn6o
    @user-cm6no7cn6o17 күн бұрын

    Wl wr wb qophisititaa qophii nuralhudaa bagaa nuf jirdhaa❤❤❤🎉🎉

  • @Radiyaakamaal
    @Radiyaakamaal16 күн бұрын

    Mee kalatin itin isin argadhuu naa himaa hadara

  • @ormootubechannel2986
    @ormootubechannel298616 күн бұрын

    Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah

  • @Radiyaakamaal
    @Radiyaakamaal16 күн бұрын

    Mashaa allaah tabarkallaah rabin isinira haa jalatuu inshallah allaah

  • @RosPoutaa
    @RosPoutaa3 күн бұрын

    Aswrwb ❤ Masahsaa ❤🎉🎉

  • @mahamedcabdi3775
    @mahamedcabdi377517 күн бұрын

    Aswrb M.A jedhamaa jirataa somliaa guyyaa tokko akkaa tasaa jalallee kiyya wajiin dogogaran badii hojaashee egaas booda ilmoo godhattee mana kiyya turtee egaasii dhaltee boodaa abbaa isii wamee nikhaan keenyaa rakko qabaa jedheenii egasii abban issi fii nama tokkoo wajiin nikhaa naaf hidhaan. Duubaa. Egaan sheekkotii dhagefaana. nikhaa kan hidhamuu yoo addaan bahanii malee jedhaan nutii amoo osoo wajiin jiruu abba isii wamee nikhaa godhee abban isidhaa khaanafu Akkaam jettaan kanarratii. JABDHAA BAYEE ISI JALADHAA❤❤❤❤ NURAL HUDAA

  • @bariibarraaqaa-Ob3aa
    @bariibarraaqaa-Ob3aa17 күн бұрын

    Jabaadhaa akkanumatti itt nuu fufaa

  • @ibsaacarcarofficial5318
    @ibsaacarcarofficial531817 күн бұрын

    Ws wr wb Ahbaabii fillaah ❤❤❤❤❤ Wel Come 🎉🎉🎉

  • @AyanAyan-pb7dy
    @AyanAyan-pb7dy17 күн бұрын

    W l w r w b. Mashallh 💕

  • @user-nn4fl2mt5o
    @user-nn4fl2mt5o17 күн бұрын

    Ws wr wb 🎉🎉🎉❤❤

  • @user-de6wm3mk1j
    @user-de6wm3mk1j17 күн бұрын

    As wr wb dhaadacha jaalala maale gaafachun hin daanda'amu

  • @rozabuta989
    @rozabuta98917 күн бұрын

    Aswrwb Mashassah 💕🤝😢😊

  • @UsA-vo7mr
    @UsA-vo7mr17 күн бұрын

    Wl wr wb anii akamin iyanno galfadha 😢

  • @ormootubechannel2986
    @ormootubechannel298616 күн бұрын

    S a w

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh17 күн бұрын

    Welcome to NH 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SuheybaaZiyaad
    @SuheybaaZiyaad14 күн бұрын

    A❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @samiraahajjii367
    @samiraahajjii36717 күн бұрын

    Ws wr wb

  • @badrixaha3116
    @badrixaha311617 күн бұрын

    As wr wb welcome

  • @IbroShada
    @IbroShada17 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @LottaLotta-ss3ed
    @LottaLotta-ss3ed12 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fadilaaoun1240
    @fadilaaoun124013 күн бұрын

    😂😂😂😂😂.Hakumaa Raadiyio❤❤❤

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh17 күн бұрын

    As wr wb ❤❤🎉🎉

  • @farahaanabdalla
    @farahaanabdalla15 күн бұрын

    ❤❤❤

  • @AminaaAlii
    @AminaaAlii17 күн бұрын

    Mashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AshaAmanHamda
    @AshaAmanHamda17 күн бұрын

    ❤❤❤❤

  • @awelmuktar5338
    @awelmuktar533817 күн бұрын

    Wswrwb ❤❤❤

  • @Radiyaakamaal
    @Radiyaakamaal16 күн бұрын

    As wr wb

  • @baradiin_oro_99
    @baradiin_oro_9917 күн бұрын

    Ws wr wb wel come 🎉❤❤🎉 Please appin nural huda nuu dide mali furmani nuf ibsa mee👈

  • @ormootubechannel2986
    @ormootubechannel298616 күн бұрын

    Ws wr wb akamai nagay

  • @user-by8mu1ju3f
    @user-by8mu1ju3f17 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ZamzamMuhamad-yr6fm
    @ZamzamMuhamad-yr6fm17 күн бұрын

    🥰🥰🥰🥰

  • @user-ui3dg5xh5e
    @user-ui3dg5xh5e15 күн бұрын

    Wlwrwb

  • @user-zx2sh5wu6r
    @user-zx2sh5wu6r17 күн бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @ormootubechannel2986
    @ormootubechannel298616 күн бұрын

    Zjk

  • @oromoooromiy1170
    @oromoooromiy117017 күн бұрын

    As wr wb

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii978317 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @user-gh5ie6sp1d
    @user-gh5ie6sp1d17 күн бұрын

    ❤❤❤

  • @fatmahfatum8023
    @fatmahfatum802317 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

Келесі