Ibsa Ameerikaan baaftee irratti Jawar mohammad saaxil baase.akkasuma waaye Fonqolcha habashoonni jet

Ойын-сауық

Пікірлер: 76

  • @tufawayesa
    @tufawayesa29 күн бұрын

    Abdu , jabaadhu! Galatoomii !!!❤❤❤❤❤ Habasha warra dheebun aangoo isan marachise male, oromoon hawwii isan qaban kana namni qabu hin jiru.

  • @BorruGenema

    @BorruGenema

    28 күн бұрын

    kzread.infoaVQDLNbTp24?si=Al45qEazCV4des0k

  • @abdiinashaatube448
    @abdiinashaatube448Ай бұрын

    Baayee sii dinqisifadha jabadhuu Abdu keenyaa❤

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe944228 күн бұрын

    Abiichuu lecccaa oromoo may king ❤ 🐅

  • @user-mk5jz9sq3f
    @user-mk5jz9sq3f29 күн бұрын

    Waqayyoo dhugaa umataa haa dubatuu

  • @mafa2217
    @mafa2217Ай бұрын

    Dhugaa duubachuuf shaaneen ummataa miskin fixaa jiraa birriis isheetu gura jira ani jawween alaa nama takka hin jalaadhu garuu shanneen akkuma bilxiiginaa hatudha rabbii.

  • @GHh-q3q

    @GHh-q3q

    Ай бұрын

    Dhugaa keeti

  • @user-hn7vo8du8d

    @user-hn7vo8du8d

    29 күн бұрын

    Dhugaa Jeette Sheenneen Dinaa Oromotii Wallahi Biyya Kenyatii Shanetu Nu Ajessa Nu Samaa Jira .Nuttii Gadii Bannee Gallu Dhadhabnee.

  • @BorruGenema

    @BorruGenema

    28 күн бұрын

    kzread.infoaVQDLNbTp24?si=Al45qEazCV4des0k

  • @user-ew7op4ws7b
    @user-ew7op4ws7b29 күн бұрын

    Dhugaa jirtuu dubatee jaween❤❤❤❤

  • @fuaadmammee7135
    @fuaadmammee7135Ай бұрын

    Abdu sii'eegatiin turee Baga nagayaan dhuftaan

  • @hhi4562
    @hhi456229 күн бұрын

    Atuuu jaweeeee fakataa Abduu koo

  • @AbdiimohammadiKadri
    @AbdiimohammadiKadri27 күн бұрын

    Abdu jabaadhu❤❤

  • @TimiraaAmnahaji
    @TimiraaAmnahaji29 күн бұрын

    😢😢😢😢😢🎉

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum29 күн бұрын

    Galatoomi Abdu❤❤❤❤

  • @hhi4562
    @hhi456229 күн бұрын

    Abduu lubuu

  • @SamsungDuos-dl1qn
    @SamsungDuos-dl1qn29 күн бұрын

    NUbirajiraa🎉🎉

  • @user-xx2pb6un1g
    @user-xx2pb6un1gАй бұрын

    Dhugaa ketiii abdii umataa biyaa kesaa 😢😢😢jiruu rakkoo hamaa kesaa jiruuu

  • @uaess9428
    @uaess942829 күн бұрын

    Xoosi jawaar yaa bahan isaan hunduu waanuma abjootu haasa'a abiyyis ta'ee habashootas ta'e wantin kasliqa kadhadhu yoo jiraate hanga jawaar dhugaaf dhaabbate dhugaaf jiraatu kana zaalima nurraa kaase bilisummaa isaa dhandhamsisu rabbin harka jala qabatani duwwaa nama hin deebifne

  • @shaafiimomaanuur

    @shaafiimomaanuur

    28 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @besaasder7707
    @besaasder770729 күн бұрын

    Yaa waqayoo atii arara nufii busii umanuu dhumatee

  • @user-tp3sr5wi6k
    @user-tp3sr5wi6kАй бұрын

    Waan biyya keennaa kana rabbummaan haa dubbatu heddu nama dhiba wlh yaa rabbi gahee nagaa nuu fidi😢

  • @user-qt6xq6yk3v
    @user-qt6xq6yk3v29 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ansaarahamad7385
    @ansaarahamad738529 күн бұрын

    Galatoomii gara harargee keenya kanahuu nama mallaqa qabuu hidhanii atii ilaalcha bira qabda atii shaneedha jadhanii daldalattii jiran

  • @naimahussein418
    @naimahussein41829 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @hanatu
    @hanatu29 күн бұрын

    ❤❤❤

  • @KamilaMuhammed-cl3zu
    @KamilaMuhammed-cl3zuАй бұрын

    Jabbaadhu jabbaa nama 🎉

  • @user-kx5hh9wj9c
    @user-kx5hh9wj9cАй бұрын

    Ws wrwb❤❤

  • @SeyfuUsman-cj8cf
    @SeyfuUsman-cj8cf29 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @AnasSharaf-di5we
    @AnasSharaf-di5weАй бұрын

    Jabadhuu bro

  • @user-qm3ln2ld7i
    @user-qm3ln2ld7i28 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150Ай бұрын

    Guddaa Galatoomi Abdii 🎉🎉🎉

  • @SadaamZeyni
    @SadaamZeyni29 күн бұрын

    ♥️♥️

  • @ghssjshhdbdndj2506
    @ghssjshhdbdndj250629 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bestebeste2053
    @bestebeste205329 күн бұрын

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @user-yy5re7ei4f
    @user-yy5re7ei4fАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-id5pu5qf7m
    @user-id5pu5qf7mАй бұрын

    dhugaa.jettee.umaataraa.malaqaa.guraa.jiru

  • @OkashBy
    @OkashByАй бұрын

    Abdu yanni Kee naatti tola jabaadhi itti fufi

  • @irasgelalcha1160
    @irasgelalcha1160Ай бұрын

    Namoota nagaa Hukkaamsanii Maallaqa Uummanni kafaluu hin dandeenye gaafachuun Naannoo warannii geggeeffamaa jirutti Qaamolee wal waraaniin uumata irratti raawwacha jira. K7n dhugaadha

  • @SaabitJihaad
    @SaabitJihaadАй бұрын

    Welcome 🎉

  • @Galgallo-q4r
    @Galgallo-q4r21 күн бұрын

    Injifano oromia

  • @maakkiyaaabdii9210
    @maakkiyaaabdii9210Ай бұрын

    Aswrwb mee laakisaa kee nafii eregii😢 umaanii haadabaa laafiraa saabatanii 😢😢😢 saagalee thaa mee Arasii hadabaa😢😢

  • @fatumamohammad9064
    @fatumamohammad9064Ай бұрын

    Arsii bahaa aanaa muuneysaa keeysatti ilmaan namaa erga woggaa sadi irraa illaa ammaatti ajjeeysaa bosonatti guuranii bineensi nyaata . miidiyaan gabaasu tokko hin jiru illaa ammaatti. Namoota Saba oromoo baayyee naannoo biraa irraa fidanii ajjeesanii bosonatti gatanii deemu woraanni mootummaa.halkan shaneetu ummata irraa qabeenya guuraa tumaa bula.guyyaa woraana Abiyyiitu ummata azzaba. Obboleeyyan adeeraa nama 12 dhabee Jira ani woraanni Abiyyii dhiiga isaanii biiyyee obaaseeti😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 rabbiin haqa miskiinaa inuma kafala guyyaa tokko nu tura malee. Miidiyaa miti namni dhuunfaa tokko gabaasee hin beeku . network hin hojjatu naannoo keenya 😢😭😭😭

  • @KjJeje-ve4id
    @KjJeje-ve4idАй бұрын

  • @SufiyaanMuhamad
    @SufiyaanMuhamad29 күн бұрын

    kun shane hatuu mandar sagalee ta'uu keetii

  • @hasanmahammed3206
    @hasanmahammed3206Ай бұрын

    Komenti jalqabaa Namni akka koo hawwiin abbuu kana eegu jiraa

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed901629 күн бұрын

    Dhagene dhisi sudura kijiba sima qofa tu dhagayaseta fakesutu

  • @makkiioromo6599
    @makkiioromo6599Ай бұрын

    As wr wb

  • @jemsibon
    @jemsibonАй бұрын

    Abduu kijiba hin dubatii nuttii waan hunda quba qabna kan nama daraaraa jiruu shaneedha

  • @Yasmen-fv7ux

    @Yasmen-fv7ux

    29 күн бұрын

    Eeee yoo aragitee ufirra qabii kaa ykn ragaa fidii maalli uman oromoo kunii sobaa kaa dubatu Abdu atti jabaadhu

  • @brobi110
    @brobi110Ай бұрын

    Jawar maaliif qaama bilisaan yaa qoramu maalif hin jenne?

  • @GGh-jc5rh
    @GGh-jc5rh29 күн бұрын

    Pp

  • @Abdiijima-mf8ir
    @Abdiijima-mf8ir29 күн бұрын

    Malqaa gafachura shanen qulquludha jechufmo akam. Kan gadii baee lakofsa matii ketii naken dhaqen boobii itii daerben fixa jedharu shedha wan qabataman agare atii woli qixesii dubadhu vido sanale fide dubata jedhen eegature an degara tokotii mitii jedha woga badii motumma dubatu kan shanesii fidii dubadhu shaen qulquludha mutuma nama samara maal jechudha 🫠

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed901629 күн бұрын

    Me afa amara ti dubadhu yo dhiratate

  • @allaahkariimqwe9442
    @allaahkariimqwe944228 күн бұрын

    Kan umataa oromoo dararaa jiiruu waraa maqaa oromootiin nagadatuu fariiden wayaane fi fannoo 😂

  • @bilisumaahajjjelan7963
    @bilisumaahajjjelan796329 күн бұрын

    Welcome ❤💚❤❤Abdu 💚❤💚👍

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz29 күн бұрын

    Yooyaa gootoota oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️

  • @IBSAATU
    @IBSAATU29 күн бұрын

    ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @fatumalami
    @fatumalami27 күн бұрын

    🤔🤔🤔🤔🤔🤔

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hhАй бұрын

    Jawwee king ❤❤❤❤

  • @birhanutolasa7062
    @birhanutolasa706229 күн бұрын

    Ati yeroo hundaa Waa'ee jawaar nutti hin wacinii. Jawaar kana booda araba kassarteedhaa.

  • @KamilHasen-ze4gh

    @KamilHasen-ze4gh

    29 күн бұрын

    Kana warra amaratu jedha beektaa

  • @sefanisoso7181
    @sefanisoso7181Ай бұрын

    Ati kaan warra motummaa qofa oso hin ta,in kan warrii shanee godha jirus himi ka'a

  • @user-iq2zo8st3t
    @user-iq2zo8st3tАй бұрын

    Galatoomi

  • @iamoromonotethiopia3095
    @iamoromonotethiopia3095Ай бұрын

    Yaa Allah eliminated AbiyAhmed dictatorship hatuu Nama nyata

  • @user-zn1ek8lp2g
    @user-zn1ek8lp2gАй бұрын

    ❤❤❤❤❤❤

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee610929 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @danielkeno
    @danielkeno29 күн бұрын

    ❤❤❤

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed901629 күн бұрын

    Dhagene dhisi sudura kijiba sima qofa tu dhagayaseta fakesutu

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed901629 күн бұрын

    Dhagene dhisi sudura kijiba sima qofa tu dhagayaseta fakesutu

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed901629 күн бұрын

    Dhagene dhisi sudura kijiba sima qofa tu dhagayaseta fakesutu

  • @ebrahimmuhammed9016
    @ebrahimmuhammed901629 күн бұрын

    Dhagene dhisi sudura kijiba sima qofa tu dhagayaseta fakesutu

Келесі