Hiree drama kutaa 71

Ойын-сауық

Follow us on
Facebook - / hireedrama
contact:
Kumsa Tamana(Director)
/ kumsatamana
/ dawitij
Official HIREE Afaan oromoo drama copyright of LEKA FILM PRODUCTION, the only original HD video on KZread for more video, photos, behind the scene, actors Subscribe to our channel.
WARNING!! The unauthorized download and republish on any social media, reproduction or distribution of this copyrighted work is illegal.
#Hireedrama #Hiree71 #obn
Hiree drama kutaa 71 hiree drama

Пікірлер: 1 000

  • @burtukaanedetbersisa6031
    @burtukaanedetbersisa60314 жыл бұрын

    Bagaa naagan dhuftani maatin dirama hiree anaa dhufu Obsaan sin egaa hangaa sa.ati 3:15 ti Warri akka koo dirama hiree jaalatan like like godhaafi

  • @gadiseshawa3887

    @gadiseshawa3887

    4 жыл бұрын

    WowowoMati Dirama hiree

  • @gadiseshawa3887

    @gadiseshawa3887

    4 жыл бұрын

    ❤️❤️🥰😍

  • @tarezaahmad4979

    @tarezaahmad4979

    4 жыл бұрын

    .hayyii.urji.fi.abdi..yaade.yero.biraa.akkaa.waajjin.dhuftan.dhifaamaa.siin.gaafadha.gaaruu.kuman.naa.kolfichise.gaalatoomii

  • @aqwserfreigy8819

    @aqwserfreigy8819

    4 жыл бұрын

    @@gadiseshawa3887 0nbjijkjmn

  • @hamziyaormiya7898

    @hamziyaormiya7898

    4 жыл бұрын

    Dhugaa ketii kumaa kopheef jartiin sii qabiiiin abshir amaalumaa dubartitii qufaa jalaatuu

  • @alhmdulillahyaarabbii4993
    @alhmdulillahyaarabbii49934 жыл бұрын

    Pils daqiqaa itti nuf dabalamuu qabaa worii jetaan Liki godha itti nuf haa dabalanii

  • @sabontuoromoo356

    @sabontuoromoo356

    4 жыл бұрын

    Lakii daqiqani gahadhaa yeroo hin qabnu maloo madamini keenya akka tenyuu barbadu daqiqa daqiqadhani nawamuu na marachuu kani

  • @aboabdalhazez8971

    @aboabdalhazez8971

    4 жыл бұрын

    tttte3@#

  • @emebetbirole2166
    @emebetbirole21664 жыл бұрын

    Namni akka koo raafuu fi biddeen yaaddan ???? hiree diraama bagaa nagaan huftaan well come my sweetoch ❤❤❤❤

  • @fattufattu7560

    @fattufattu7560

    4 жыл бұрын

    Anilee akkuma keetii

  • @burtukaanedetbersisa6031

    @burtukaanedetbersisa6031

    4 жыл бұрын

    Aniyu yadee jira uuuuuuuuufff

  • @habebaahmad6328

    @habebaahmad6328

    4 жыл бұрын

    Tokko ana

  • @ghazalaghazala4101

    @ghazalaghazala4101

    4 жыл бұрын

    Bayee yadee😋

  • @faaxeeahmed8310

    @faaxeeahmed8310

    4 жыл бұрын

    Kkkkkk dhugaa keeti bayee yaannee jirra

  • @yasiinsheamaan4760
    @yasiinsheamaan47604 жыл бұрын

    Namni akka ko kumsa jalatan like na tuqaa💝👍

  • @naaftaanaanteetum9562

    @naaftaanaanteetum9562

    4 жыл бұрын

    wallaahi akkami akka na gubde jaartin kumaaaa uuuuf adaa dubartii ulfaatii hagana hunda gowwoomanii akkasumas dadhabaniifiifii abboo argaa isii

  • @tarezaahmad4979

    @tarezaahmad4979

    4 жыл бұрын

    .maal.taan.waarii.dirmaa.hire.maaloo.halkin.fi.guyyaa.siin.egaa.naaagan.koota.kaa.

  • @anunegniyebetasabochetenaf1057
    @anunegniyebetasabochetenaf10574 жыл бұрын

    Wayyoo Kumaa dhugumaa kumaam ati dhira cima mee like maaloo kumaadhumaf ❤👌kkkkkk osoon nittii kumaatii kolfu garaan na dhukkubbee hahahah 😃😃😃

  • @hawaniabebe3624

    @hawaniabebe3624

    4 жыл бұрын

    mal kolfitaa mucaa gugubanii waq na arsaniiruu ananoo

  • @anunegniyebetasabochetenaf1057

    @anunegniyebetasabochetenaf1057

    4 жыл бұрын

    @@hawaniabebe3624 si maraareemii 😊

  • @hawaniabebe3624

    @hawaniabebe3624

    4 жыл бұрын

    Maree mucaa gugubbu malii innis gara namaa nyataa

  • @anunegniyebetasabochetenaf1057

    @anunegniyebetasabochetenaf1057

    4 жыл бұрын

    @@hawaniabebe3624 Abshiir homa hin ta'u

  • @burtukaanyekersalijiitadee276

    @burtukaanyekersalijiitadee276

    4 жыл бұрын

    Bayee namati tola halumaa kanan itti fufa 👍👍👍

  • @bontuutulamaa8409
    @bontuutulamaa84094 жыл бұрын

    Uuuuuiiufffi yomuman durse ilaalaa lataa hojidhumaa madami kan mee warii akkaa koo madami hojjiin siin qabdee

  • @sisimaresisimare6556

    @sisimaresisimare6556

    4 жыл бұрын

    Uuuuuff waraa ulifaa kana nama rakisuu dhugaa😀😀😀😀😀

  • @utwauteqrabiisiifhaalutuun4928

    @utwauteqrabiisiifhaalutuun4928

    4 жыл бұрын

    Hhhjhj Hhhh Hhhh Hhhh bayyee rakateemii

  • @hawwiioromtittiwalloo5837

    @hawwiioromtittiwalloo5837

    4 жыл бұрын

    Ijoolee keenyaa mee Saudi Arabia jiraa dalagaa hin qabuu dalagaa naa barbadaa Lakkofsaa bilbila koo 0596299521 maloo Hojii naa barbadaa

  • @utwauteqrabiisiifhaalutuun4928

    @utwauteqrabiisiifhaalutuun4928

    4 жыл бұрын

    @@hawwiioromtittiwalloo5837 iqamaa qabdaa

  • @bontuutulamaa8409

    @bontuutulamaa8409

    4 жыл бұрын

    @@sisimaresisimare6556 ani garuu hin rakisoo jarsumaa garii isaa nati yaa qabuu malee

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera8264 жыл бұрын

    Kumaa akkam sirraa bareeda nyaata dhiyeessun shan gola seente hoooo kkkkkkk maaloo ishee duraa wayyaa uuuff

  • @leliseebekeleoromiyabiyyaa4432
    @leliseebekeleoromiyabiyyaa44324 жыл бұрын

    Wowww bagaa nagaan dhuftaan matii hiree maloo hadhaa abdii kun natii tolle ishee dhumaa duraa san debisaa namni akka koo hadhaa abdii jibitaan like naaf tuqa

  • @siifanwaaqayyoo9902
    @siifanwaaqayyoo99024 жыл бұрын

    Ilove you ❤️ Hiree Koo ❤️ bay'ee Namatii tolaa qomoo Koo.

  • @efegutema3056

    @efegutema3056

    2 жыл бұрын

    💓💓💓💓💓

  • @roziilove4533
    @roziilove45334 жыл бұрын

    Jartiin kumaa maalif geedarmtee isiin durii bayee namaati toltii

  • @shawaakoobiyaagotaasopki2235

    @shawaakoobiyaagotaasopki2235

    4 жыл бұрын

    Malifii jijitee garuu ishee satuu namatii tolaa malii garuu komaa esa dhaqatee isheni sunii

  • @shawaakoobiyaagotaasopki2235

    @shawaakoobiyaagotaasopki2235

    4 жыл бұрын

    Wayoo kumaa koo si gadee mali nitini akanaa

  • @kadijaoromo8496

    @kadijaoromo8496

    4 жыл бұрын

    Dhugaa keti malif geddaramtee?

  • @suziemalla2520

    @suziemalla2520

    4 жыл бұрын

    Rozii Love nitii kumatii miti bari baka isi butetii male

  • @raharaha7993

    @raharaha7993

    4 жыл бұрын

    Ni dhukkubsatte yaalamuuf jijjiramte jedhera yeroo darbe kumaan harmeen abdiis jijjiiramteetti hin dhageenyemoo

  • @saalihaaamzaa396
    @saalihaaamzaa3964 жыл бұрын

    😃😃😃😃😃😃kumaa silaa jaarssa akkake nama kabaju argatanii??😍😍😍😍😍😍😍 maatii hireeee iloveyou💚💚💚💚💚💚

  • @astulove2073
    @astulove20734 жыл бұрын

    Nuuf jiradhaa hedduu toltuu daqiqaa itti nuuf dabalaa waan nama hawwatuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍💪💪

  • @yannetadane5338
    @yannetadane53384 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftan Oromoo koo ♥️ namni diramaa hiree jalatani 👍♥️ naf godha❤️

  • @martitesfaa5963
    @martitesfaa59634 жыл бұрын

    Bagaa nagadhan dhuftaani matti dirma hirree Bayyee siin jaladhaa💞💞💞❤❤❤ Warri akka koo dirma hirre jallatani like naf godha! Palace!!

  • @tesfenshnuhssdee2451

    @tesfenshnuhssdee2451

    4 жыл бұрын

    Marti Tesfaa Kkkkkkkkk👍❤

  • @martitesfaa5963

    @martitesfaa5963

    4 жыл бұрын

    @@tesfenshnuhssdee2451 malidhaa?!!!

  • @martitesfaa5963

    @martitesfaa5963

    4 жыл бұрын

    @@tesfenshnuhssdee2451 What happen?

  • @martitesfaa5963

    @martitesfaa5963

    4 жыл бұрын

    @Magarsaa Dastaa eyye ni dubifmaa.garu qube kenyaa dogogru kof nan sirressa🙏!!

  • @martitesfaa5963

    @martitesfaa5963

    4 жыл бұрын

    @Magda Tube rakko qabuu anatu dogogoree malee si mitti kanaf ani immo nana sirresa Nati immu keef gallatomi gudda

  • @medinamedina5919
    @medinamedina59194 жыл бұрын

    Kumaa Dhugaa keti Miskinaa koo 💔💔💘

  • @hyattahar3326

    @hyattahar3326

    4 жыл бұрын

    Mal baheettidha boo ishiiniso akkuma Ishi kana dalgaa galtuudhaho uuuu

  • @medinamedina5919

    @medinamedina5919

    4 жыл бұрын

    🙊😃😃

  • @medinamedina5919

    @medinamedina5919

    4 жыл бұрын

    Hin dubbatuu bareefamani kee

  • @bashoodono2384
    @bashoodono23844 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftaan Warii ilalaa jirtaan hundii kessaan like godha❤💚❤

  • @raadiyasiraajoo7092

    @raadiyasiraajoo7092

    4 жыл бұрын

    Galatoooma garuu yeroo nu jalaa gabaabsitani xiqqoo itti dabaluuf yaala 💔💔💔👈

  • @jamilaademadem8909

    @jamilaademadem8909

    4 жыл бұрын

    Wow hiree

  • @user-wj2rj2mq7v

    @user-wj2rj2mq7v

    4 жыл бұрын

    Bayee namati toolaa

  • @user-wj2rj2mq7v

    @user-wj2rj2mq7v

    4 жыл бұрын

    ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😘😘😘♥️♥️😘

  • @temimamohammed9609
    @temimamohammed96094 жыл бұрын

    Wel come maatii hiree namni akka koo darama hiree jalatuu💓like 👈

  • @usamaoromo3954

    @usamaoromo3954

    4 жыл бұрын

    No like

  • @sabotuuarsiiasalaa7273
    @sabotuuarsiiasalaa72734 жыл бұрын

    Baga naganii dhuftanii dirama hiree baredda Like qofaa xuqaa 👍 yaa kumaa cara kee hhhhhh kanii metii caltutuu dhufee sirii kkkk👍❤

  • @zamiyearsii9020

    @zamiyearsii9020

    4 жыл бұрын

    Guyyara guyaa ma dhiyesiinee

  • @leellooetichaa9418

    @leellooetichaa9418

    4 жыл бұрын

    Kkkkk eee meetitiyyuu wayya

  • @birtukanhey5676
    @birtukanhey56764 жыл бұрын

    Bagaa nagaa dhuftaan matiin diramaa hiree hedduun siin jaladhaa diramaa keessa barumsaa hedduu dabarsaa akkanumatii ittii fufaa lamiiwwa koo 💋💋💋💋🥰🥰🥰🥰🥰☝️☝️☝️

  • @maartiikeetiin5609
    @maartiikeetiin56094 жыл бұрын

    Yaa Obsaa kee Yaa Kumakoo❤

  • @almazalmaz4488
    @almazalmaz44884 жыл бұрын

    Mattii Hiree Bagaa nagaan Nuuf Dhuftaan ❤️❤️❤️

  • @nuurunalaanuur3140
    @nuurunalaanuur31404 жыл бұрын

    Anii diraman hawwin eguu hiree qofaa wallah bagaa nuf dhuftan

  • @hawwiimucaayawayidoo4156
    @hawwiimucaayawayidoo41564 жыл бұрын

    Wwwwwhhoo maatii hiree baga nagan dhuftaan jabadhaa lamiiweaan koo namatii toltuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @seenaatakkalaa9223
    @seenaatakkalaa92234 жыл бұрын

    Uuuuuufffii Kummaakoo Obsaakee Dhugaa Naa Marartee 😢😢Ofii nyatee siin Aritee Argaa ishee

  • @shitosiraj5127
    @shitosiraj51274 жыл бұрын

    Baga nagayani dhuftani matin dirama hiree bayee namati toltani♥️♥️♥️

  • @bon2104
    @bon21044 жыл бұрын

    Kkkkkkk...Ayi Kumaa, akka harraa kolfee hin beeku! “Xaqaaxaqoo” 🤣😂🤣😂 Jabaadhaa itti fufaa 👍

  • @abebaabeba2750

    @abebaabeba2750

    4 жыл бұрын

    Kuma jabadhu akuma taheti xaxaqo fidefikkkkkkkk🤣🤣🤣🤣

  • @martatufa7666
    @martatufa76664 жыл бұрын

    Bagaa nagaa nuuftan dirama hiree kuuman bayyee nama gaddisisaa

  • @AS-sb6zr
    @AS-sb6zr4 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftaan maatii hirree haati mana kuumaa ishiin duraa ♥♥♥♥♥

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa73204 жыл бұрын

    bagaa.nagaa.nu.debitani.hirree. Love.you.Hirree❤❤❤💋💋phaaaa🙋‍♀️

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee14064 жыл бұрын

    Ecii jaartii jaarsaa ofii dhiphistu maliif kumaa koo ayii sitti tabatee malii 😂😂😂

  • @fouziyafatiyaa1109

    @fouziyafatiyaa1109

    4 жыл бұрын

    kkkkkk maldhuga setemo wani itikename ijetemale

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    4 жыл бұрын

    Dhugaa kumaatu naa mararee Wana ofii dhugaas ta'uu batuu

  • @birqiidinqaa843
    @birqiidinqaa8434 жыл бұрын

    Dirmaa hiree bayye sii jaladha barumsa gudda nuf dabarsa jirtu jabbadha😙😙😍😍😍

  • @biliseesalale7131
    @biliseesalale71314 жыл бұрын

    Wow bayeen isiini jaaladhaa Itti fufaa natti toltu bayee natti hirree🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍

  • @sameerasameera1883
    @sameerasameera18834 жыл бұрын

    Welcome hire koo hin lale dura cammet isiini kene like👍 namini akka koo hiree jalataa

  • @soumayaaman648

    @soumayaaman648

    4 жыл бұрын

    Abdii fi urjii bayee isini jaaladha

  • @nooranono5872

    @nooranono5872

    4 жыл бұрын

    Wowww baay.ee namati tola

  • @kennaatube5029
    @kennaatube50294 жыл бұрын

    BONAA fi IFTUUN wal fakatuu obbolewaan moo akkam garuu warii bektan naf himaa

  • @hamzashekamal465
    @hamzashekamal4654 жыл бұрын

    wowow qophesitotaa dirama hiree baga ngh dhuftan welcome

  • @hawwiiioromo2174
    @hawwiiioromo21744 жыл бұрын

    haatii mana kumaa hanga amaa hin denee moo anuu desee sehe gumata dhufuu hadayu garu dhirii akka kumaa adunyaa kanara meqatu jiraa lataa obsaa akka kumaani qabuu enitu qabaa yaa rabbii mucaa akka kumaa naafi laadhuu ❤❤❤❤❤❤ matii hireee isiin jalladhaa oromo koo garu dhubartii akka hadhaa mana kumaa jirtii jedhee hin yaduu garu gafa deesu ni dhufaa💔❤ hiree keesaa barumsaa bayetu jiraa halaa jirenyaa jallala jibaa waa bayee isiini irraa baree jabaadha

  • @user-vv4hy8yt8e
    @user-vv4hy8yt8e4 жыл бұрын

    Anaa dhufu maati hiree hedduu isin jaalanna😍

  • @soumayaaman648

    @soumayaaman648

    4 жыл бұрын

    Bayee isini jaaladha galatomaa jabadha 💟💟💟💟💟

  • @fatumoadnaa9905

    @fatumoadnaa9905

    4 жыл бұрын

    ESA badan garuu baye

  • @almewako6613
    @almewako66134 жыл бұрын

    Wel come bagaa nagaa dhuftan garuu daqiqaa 2 qofamo🤔🤔

  • @obseorotube2489
    @obseorotube24894 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftaan maatii dirmaa hiree anaa haa dhufuu

  • @user-pt6lj9rd9n
    @user-pt6lj9rd9n4 жыл бұрын

    Uuuff mati hire hundayu nuf jabadha abdifi urji galbi ko utun abdifi urji ilalin ole bulu dadhaben jira aka hin dhababne dirama hire ❤💋👍😍😍

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee14064 жыл бұрын

    Ana dhufuu nagan koota maatii hiree ❤️❤️❤️❤️

  • @seenaa7402
    @seenaa74024 жыл бұрын

    Welcome Hiree Diramaa Bayy'ee tokko yadamitanituu Matii hiree Akkati sin jaladhuu💓💓

  • @tayibatyoutube3166

    @tayibatyoutube3166

    4 жыл бұрын

    Baga Naga dhuftan matii hire baay'ee isni jaladhaa

  • @ayshaethiopia7591
    @ayshaethiopia75914 жыл бұрын

    Baga nagaan dhuftan baayye namati tola jabbaadha itti fufa dirraama hire baayyen sijaaladha 👈💓💓💓💕💕

  • @lensadafeli5905
    @lensadafeli59054 жыл бұрын

    Uuuufffffiiii matti dirama hiree baga nagadhaan dhuftaan bayyeen siin jaladha

  • @user-iw2bd
    @user-iw2bd4 жыл бұрын

    Maatii hirree baayyee si jalalaa maloo dafaa kotaa warreni hiree jalalataani like xuqaa maloo

  • @makiyaahmuhammad4077
    @makiyaahmuhammad40774 жыл бұрын

    Kaa yeroo hundaa gafii natii ta'e malifi diramaa like xiqataa😢 kenumatu kenaa haa jabefanuu❤ anaa dhufuu matii hiree😍

  • @sifookakuu7715

    @sifookakuu7715

    4 жыл бұрын

    Makiyaa H MMuhammad dhugaa ketii jabifadha maloo

  • @mariahethiopia6575

    @mariahethiopia6575

    4 жыл бұрын

    kuma atii bayee misikina sanyikoo

  • @seenaatakkalaa9223
    @seenaatakkalaa92234 жыл бұрын

    Wowowowow Well Comee bagaa nagaan dhuftaanii Diramaa hiree ❤❤❤❤💟💟💟💟💟💟💔💔💔💖💖💖💖💖💖💙💙💙💙💙💝💝💝💝💝💝💝😍😍😍😍😍😍😍Ilovee

  • @muzishs3938
    @muzishs39384 жыл бұрын

    Bagaa nagayan dhuftan 👍👍👍👏

  • @ummuyaziid9949
    @ummuyaziid99494 жыл бұрын

    Nama jijjiirtan kun natti hin tollee warruma duraa nuu fidaa

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k4 жыл бұрын

    Wel cema hire 😍😍😍 garuu maaf hin banamuu? Na biraa qofaatii nama hundumaa biraatii?

  • @umuurayyanbintisalamyeeras1831

    @umuurayyanbintisalamyeeras1831

    4 жыл бұрын

    Kkkkkk anaafus banamuu didee akamii gamdee ilaludhafi anaa mirqanee jiruu 😍🤣🤣🤣🤣🤩🤩🤩

  • @user-io4es4oh9k

    @user-io4es4oh9k

    4 жыл бұрын

    Har'aa banamee kkkkk😍😍

  • @fireetube9032
    @fireetube90324 жыл бұрын

    Wowowo bagaa nagaan nufii debitaan diramaa hire bayyeen jaladhaa jabadhaa garuu nafi banamuu didee

  • @tiyashewa8818
    @tiyashewa88184 жыл бұрын

    Kumaa yaa caraa kee hiree diram love you

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha29274 жыл бұрын

    Kkkkkkkkkkkkkkk ofiin xaq xaq itti godhi kenniifka yaa muuzi xaqa xaqo rakkiftuuma fakkaata.o dubartiin ulffaa kun kkkkk

  • @neimaneima6715

    @neimaneima6715

    4 жыл бұрын

    Woyaa garako 😂😂😂😂😂

  • @ambobiyaahacce4558

    @ambobiyaahacce4558

    4 жыл бұрын

    malisheen araqatiun jarttin Kuma is he akana Madami dhan wolin gaauttu garidhaa In argitii quafaashe amaa geboo nyadhuu Nyatara baste kuma

  • @tsigeteseme8671
    @tsigeteseme86714 жыл бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😀😀😀😀 wayyoo maaloo mucuumtii obboo kumaa kun yoom dhalaataa lataa🙄🤔 iddoo Bu'een meetii immoo hagas garaa hin jabaatuuu fakkatti Garuuu

  • @ttolashiiqabeessaa4978

    @ttolashiiqabeessaa4978

    4 жыл бұрын

    Bayeen sin jaladha warii akka koo diramma hire jalatan like godhs

  • @neimaneima6715

    @neimaneima6715

    4 жыл бұрын

    Kkkkkk

  • @kebbetamaski6813
    @kebbetamaski68134 жыл бұрын

    Wawooooooooooo baga nagaan dhufta diramaa hiree well come

  • @singitanurjii4322
    @singitanurjii43224 жыл бұрын

    Kumsaa miskina koo😥😥 nuuf jiradha maatiin dirama hire hundinuu❤😍

  • @meseretdirribsaa7117
    @meseretdirribsaa71174 жыл бұрын

    Maalii kan turtaanii dhuftaniira moo hin hojeetu hoo?????

  • @nejatsanyihacee9782
    @nejatsanyihacee97824 жыл бұрын

    Hhhhhhhhhh kumaa kkkkkkk Trump 🤣🤣🤣 Micati atti micaa baredaa kanaa hin arsin Mataa kee essaa gotee micaan baredaa suni

  • @mesiifkr1580
    @mesiifkr15804 жыл бұрын

    Wowww bagaa nagaa ďhuffitan matti hirree I LOVE ÝOU SI MUCH🌹🌹🌹🌹🌹

  • @kiiristoosseenaajijiirakii1899
    @kiiristoosseenaajijiirakii18994 жыл бұрын

    Bagaa nagaadhan dhuftaan hiree diramaa

  • @sumayahusen4970
    @sumayahusen49704 жыл бұрын

    Wayoo niti kumas jijirtan😭😭😭

  • @mohamedamiin8738
    @mohamedamiin87384 жыл бұрын

    Beeksisa dheeressitan maalif tauu dandahee?..

  • @seennaaseennaa3411
    @seennaaseennaa34114 жыл бұрын

    wwwwoo bagaa Nagaan dhuftaan matii hiree❤❤👏👏

  • @ttjy1419
    @ttjy14194 жыл бұрын

    Wowwwww dirama hiree eduu namati toltuu dhugaa

  • @sabontuesmail7897
    @sabontuesmail78974 жыл бұрын

    Meeti koo bayee garaa naa nyatee dhugaa direma hiree kessaa hafuu kettif waan sii dhukkibe rabbin siraa haa fudhuu hadho koo

  • @suziemalla2520
    @suziemalla25204 жыл бұрын

    Hiree koo baga nagan dhuftan an dhufuu hundii kesaniyuu wel come

  • @bareduutube3426
    @bareduutube34264 жыл бұрын

    Bayyee namattii tolaa jabadhaa garuu hadhaa manaa kumaa jijiramuuni naa arsee boo !!!

  • @daraartuubaqqalaa1093
    @daraartuubaqqalaa10934 жыл бұрын

    Baga Nagaan dhuftaa Matii hiree hundii keessan😘😘❤

  • @urjiiintalaaarsiiurjiiinta2522
    @urjiiintalaaarsiiurjiiinta25224 жыл бұрын

    Wowww baay.ee namati tolaa jabadhaa qomoo waan Oromoo

  • @xggdgagx8875
    @xggdgagx88754 жыл бұрын

    Wowwww maatii hiree anaa dhufuu 😍😍😍😍

  • @youtubemasaratfiqaaduuwell6092
    @youtubemasaratfiqaaduuwell60924 жыл бұрын

    Wawooooo diramaa hiree wel cam bagaa nagaan dhuftaan edun sijaladhaa lammii wankoo 😘😘😘😘😘❤❤❤❤

  • @seenaoromooshawaasnaap6627
    @seenaoromooshawaasnaap66274 жыл бұрын

    Akkam obsa qabdaa kumaa ❤️❤️❤️ yaa rabbii jarsa akka kumaa naf kenii

  • @bakbak154
    @bakbak1544 жыл бұрын

    Bagaa nagaani dhuftani maamiltooni dirama hiree

  • @seenaabaacaa584
    @seenaabaacaa5843 жыл бұрын

    matii hiree bagaa nagaan dhuftan sinaan jaaladha Uuuufff namani Akka koo dirma hiree jaalataan #like na xuqa

  • @oromtitoromiya9073
    @oromtitoromiya90734 жыл бұрын

    Baga naga dhufta waani ofiiwani koo sanyii kushii❤❤❤

  • @sabontushawa7316
    @sabontushawa73164 жыл бұрын

    Baga nagan dhufte maatii dirama hiree

  • @abdiabdi7026
    @abdiabdi70264 жыл бұрын

    Bagaa nagaan nuu dhuftani qomoo koo

  • @almazalmaz4488
    @almazalmaz44884 жыл бұрын

    Woowwww Bayyee namaatii toltaan Ijoolleen Abbaa Gadaa nuuf jiraadha 💪 💪 💪 💪

  • @user-vu8fn1iu2y
    @user-vu8fn1iu2y4 жыл бұрын

    Woowww bagaa nagaani dhuftaan hiree bay.ee isin jaalanaa

  • @tigistdagne6977
    @tigistdagne69774 жыл бұрын

    Matti dirama hiree bagaa nagaan dhuftani ❤️💚❤️ Wayoo kumaa namaa mararata sigotee kkkkkkk

  • @radiyaasabontuunamaa8503
    @radiyaasabontuunamaa85034 жыл бұрын

    wawuuu anii haa dhufuu diramaa hiree uuufii mee namnii akkaa koo abdifuu urjii jalatanii like robsaa ♥♥🌸🌸🌺🌺💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🍒🍒🍒🍒🍒🍒🍒🍒🍒🍒🍒💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

  • @SaFff-gp5xx
    @SaFff-gp5xx4 жыл бұрын

    Hiree koo bagaa nagaa dhuftee

  • @senaabekaa3384
    @senaabekaa33844 жыл бұрын

    Hiree koo bagaa nagaan dhuftan

  • @sinboneambokoo5471
    @sinboneambokoo54714 жыл бұрын

    Bagaa nagan dhuftani hiree 😘😘😘😘

  • @oromiyatobiyaaabbaakoo2938
    @oromiyatobiyaaabbaakoo29384 жыл бұрын

    hiree koo bagaa nagaan dhuftani nooruu oromota koo jabaadha siin walin jiraa😍😍✔✔✔✔❤❤❤❤

  • @ayantoayanto9813
    @ayantoayanto98134 жыл бұрын

    Baga Nagaan dhuftaan maati hiree heeduu sin jaalanaa nuuf jiraadha

  • @famijemal4790
    @famijemal47904 жыл бұрын

    Bagaa nagayan dhuftaa matii diramaa hiree malloo kutaa 72 itii nuuf .....galatomaa❤️

  • @gdhxhmaashaallaamaashaalla981
    @gdhxhmaashaallaamaashaalla9814 жыл бұрын

    Maashaallaa Maashaallaa Tabara kallaa hedu bareda rabbiini is ha fayisuu ishaallaa

  • @sifookakuu7715
    @sifookakuu77154 жыл бұрын

    Jabadhaa ilmanii oromoo isinii wolii jiraa rabbii fayaa isifii haa kenuu maloo !!!

  • @naziifnaziif5161
    @naziifnaziif51614 жыл бұрын

    WELCOME Anaa dhufuu matii waan diramaa hiree hundaa ksanin jaladhaa

  • @leliseeadunya7665
    @leliseeadunya76654 жыл бұрын

    Bagaa nagan dhuftanii bayyee namatii tolaa nuuf jabadhaa

  • @mashinibigili9597
    @mashinibigili95974 жыл бұрын

    Bagaa nagan nuuf dhuftaan matiwaan hiree

  • @sabontuoromo3389
    @sabontuoromo33894 жыл бұрын

    Hire dirama baga ngy dhuftani malif akti turtan yabo hire baye isin jaldha 💋💋💋💋garu gutu miti ana qofa birti moo hudi kesanu akuma kiyti irudha

  • @feyhanna627
    @feyhanna6274 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftani diranaa hiree

  • @sumeyaabintislam7164
    @sumeyaabintislam71644 жыл бұрын

    Wawoo anaa dhufuu matii hiree hundduu kesanuu 😍😍😍😘😘

  • @hatahatta6742
    @hatahatta67424 жыл бұрын

    Bagaa nagahaa dhuftaani 👍👍👍👍👍👍👍👍👍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @keetuunaabonsaayesusoromoo433
    @keetuunaabonsaayesusoromoo4334 жыл бұрын

    We'll come Bagaa nagaan dhuftan maatii Hiree sin jalaadha

  • @muraadjamaaljimmaadedoo7017
    @muraadjamaaljimmaadedoo70174 жыл бұрын

    Anaa dhufuu. Matiwaan hiree baga jiraatan lamiwaan kiyaa jabaadha baayeen isiin jalaadha

  • @islamumaajiruukotiiislamum8001
    @islamumaajiruukotiiislamum80014 жыл бұрын

    Kumaa heduu naa gadisee dhugaa kumaa koo jabadhaa diramaa hiree issinii hundaa issinii jalanaa

  • @neimiyebintislamquqamtuudi6864
    @neimiyebintislamquqamtuudi68644 жыл бұрын

    Bagaa nagaan dhuftanii Uuuuuwiiiiiii hin yadamtanii Bayyee Bayyee Tokko welcome

Келесі