Himata nama ukkaamsuu irratti deebii ABO-WBO

Join this channel to get access to perks:
/ @oromiamedia

Пікірлер: 59

  • @DSquareDSquare
    @DSquareDSquare23 күн бұрын

    Dhugaa dubbachuu miidiyaan OMN miidiyaan guddichi Oromiyaa dhimma oromoo keessattuu afaanfaajjii WBO irratti pp dhaan ololamaa jiru giddu galeessa godhachuun uummataaf akka ifa tahuuf jaallan waliin dubbachuu keessaniif galanni keessan bilisummaa,walabummaa fi birmadummaa oromoofi oromiyaa haa tahu❤

  • @user-nt6nd6fu5v
    @user-nt6nd6fu5v23 күн бұрын

    Jaal jireenyaa guddaata Dhugaa dubbachuuf namaa cimaa jarraa kanati jechuun murteesse jira, nama cimina siyaassaa fi xinxaala bareeda dhiyeesuu danda'uu,deebii sirrii lafaa jiru kun

  • @AhmedDadar-he2hm
    @AhmedDadar-he2hm23 күн бұрын

    Motumman amaa agoo irraa jiruu kun ergamtuu wayannee yarroo turran maqaa ABOtii oromoo yak hamaa irratti hujachaatuu amalee namni ukasee malaqaa gafacha jirruu motummaa hatuu kan tahuu bekuu qaba umani oromoo hundii😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @NuradinAyub-mu2sc
    @NuradinAyub-mu2sc23 күн бұрын

    Mootummaan itiyoophiya dhoksaan osoo hin tane dirree bahe nama dirqiin buta jira butaas ture akkaa fakkeenyaattii kanin kasuu fedhu guutu oromiyaa kessaattii hadha fi abbaa bochisee ilmaan oromo ugguree waarana godha ture ammaas ittii jiru. kessaattu badiiyaa irratti wannii inni ummaata irrattii ofaa jiru hin mul'aatu malee waan baay'ee nama gaddiisisudha. Ammaa kana motuummaan hin raawwaannee jechuun nama hin amaansiisu.

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee449623 күн бұрын

    Ammaan dura PEE PEE n abbootii Gadaa KARRAAYYUU lafa irraa duguugdee , " shaneetu " hammeenya akkasii hojjete : jettee sana illee hin dagatinaa . Barattoota sana kan Bute, FAANNOO illee natti hin fakkatu . Kan Bute PEE PEE taha jedheen amana .

  • @user-lz9ek7ev8u
    @user-lz9ek7ev8u23 күн бұрын

    Akkam WBON Nama hin ukkaamsu garuu maaliif deebii daftanii hin kenninaa.

  • @Gullallee1Wood
    @Gullallee1Wood23 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉wobo jiira ijifano

  • @gutumosa1136
    @gutumosa113623 күн бұрын

    WBOn mee akkamiin to'aachu dandaadha? Yommuu WBOn irraa dhaqabe tarkanfii fudhachu ka'e warrii samtoon dafaani motummaat harkaa keennaatu Yommuu sanaa pp siyaasa ittiin hojjaati shanaan harkaa keennaate jedhaani oloolluu

  • @DSquareDSquare
    @DSquareDSquare23 күн бұрын

    Dabalataan miidiyaa OMN dhimma namoota butamanii qofaa osoo hin taanee uummanni oromoo maqaa deggertoota WBO ti jechuun mana hidhaatti guuramanii jiran rakkoo guddaa keessa jira, nama jumlaan hidhanii qarshii 150000-300000tti fidi jedhanii gaafataa jiru,kan qabu nii kaffala,kan dhabe immoo achumatti dararama ykn ni duha,please waan kanarraa dubbadhaa!!! Gochoonni kun aanotaafi godinoota oromiyaa hedduu keessatti

  • @hailubareda9886
    @hailubareda988623 күн бұрын

    Sababa ABO jeedhamuum sabni Oromoo waan hintaane hinqabuu. Maaloo uummata Oromoof boqqonnaa keennitabiif. Ammaan boodda sabni Oromoo tokkoof tokko nagaa qofa barbaada. Akkataa adeensa kanaan hawaasni kun yetoon gara yerootti daraaramaafi rakkoo hintiilmamamnee keessattin kufaa jiraa.

  • @alemayehuabdo7362
    @alemayehuabdo736222 күн бұрын

    Yihune you are special.

  • @user-nt6nd6fu5v
    @user-nt6nd6fu5v23 күн бұрын

    Kun waan ifa jiru hooma akka mootummaan hojaate beekaa dha, wbo tu godhe jedhan ummata biratti xureessuuf,

  • @marsiitube4668
    @marsiitube466823 күн бұрын

    Kunii documentary motuuman hojaatee maalee warraanii abdii saba gochaa akkana irraa bilisaa Akka tahee Nii beynaa maqa warraan bilisuumaa oromoo baaleesuu Nuuf harayaa miti waan durii dur beynuu ammalee akkumaa itti fufeetii jiraa taanaf nutii raabii Nuu waalin jiraa jaabadhaa issinin jeenaa jalalan

  • @AbdiAmaan-vq1wc
    @AbdiAmaan-vq1wc23 күн бұрын

    Jabaadha omn media

  • @meb153
    @meb15323 күн бұрын

    Eegaa kan baratootaa ukkaamsee ergamttuu mootummaa ta'uu isaa barame WBOn immoo barattoota ukkaamaman kana waregamaa barbaachisuu hundaa keennuun gadhisiisee seenaa bara bara hojetee mootummaan Itoophiyaa abaa irree akaa ta'ee sabaa sablammoonni hunduu akaa baratan goochu qaba.oloollaa midiiyaan mootummaan afarfamuu midiiyuumaan tikfatuu. hundaa caala immoo ragaa qabatamaan umataaf gahuu dha.

  • @Ofiin2977
    @Ofiin297723 күн бұрын

    Baga Nagaan dhuftan

  • @user-ks7fc4le2r
    @user-ks7fc4le2r23 күн бұрын

    " The Ethiopian ruling party, Prosperity Party, has exerted pressure on the Oromo Liberation Army (OLA) to revoke the recognition granted by the U.S. Ambassador, Massinga.” Period !!!!!!!!!!!!!!!!

  • @getachewboresak8257
    @getachewboresak825722 күн бұрын

    warri OMN warra caasaa mootummaas, gaafadhaa!

  • @sifuukoo
    @sifuukoo21 күн бұрын

    Maaqaa baaleesiidhaa waaraanii bilisuumaa oromoo naamaa saamuu naamaa hin ajeesuu

  • @AbbabaaKatamaa
    @AbbabaaKatamaa23 күн бұрын

    Ummata irraa dhalattan hin dararinaa maaloo

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz23 күн бұрын

    Yooyaa OMN gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️

  • @user-se2gc4nv2v
    @user-se2gc4nv2v22 күн бұрын

    Uummanni siiriitti bekaa soba dhisaa ppn qulqulluu jecha hin jiru abonis hattudha

  • @ibsaaloomee4092
    @ibsaaloomee409223 күн бұрын

    Obbo Yihuun atiyyuu Mootummaa bakka buutee yakka kana ABO - WBO ti dhiibaa jirta. Atiyyuu pp waliin garaagarummaa akkamii qabda? AYI OMN???

  • @MahamadUsmaan-yt7uy
    @MahamadUsmaan-yt7uy23 күн бұрын

    Humnaan wbo harkaaf bittineessine. Jedhee kijbuu ragaa guddaadha

  • @MulluletaRgassa
    @MulluletaRgassa23 күн бұрын

    Baratoota sana gaafadha isiiniis warrii midia maal tatanii dhugaa barbaduu yoo ta'ee namnii anatu akkas godee jedhaa silaas qaama kam akka ta'ee barattoota sana beekaa

  • @AbduMustafa-qu4oq
    @AbduMustafa-qu4oq22 күн бұрын

    nuuf jiraadha ❤❤❤❤

  • @derejegillo1334
    @derejegillo133423 күн бұрын

    Jeechaa obboo Fikadu Tessema, yadachuun barbachiissadhaa. WBO lolluu fi saba oromoo irratti dulluu, akka jeedhee beekun barbachiissadhaa. Qurxxuummii qabbuu fi galaanaa goggiissuu jeedhee dhadaatee ture.

  • @ilyasahmed2150
    @ilyasahmed215022 күн бұрын

    Welcome

  • @JijjooSanbaato
    @JijjooSanbaato22 күн бұрын

    Kan rawaatee mojii hadhakeeti saree p,p

  • @alilibah7499
    @alilibah749923 күн бұрын

    qamoota maqaa WBOtin yakka hojaatu kana irratti tarkaanfii irratti fudhaachu dhabu isiini kana akkami ilaaltan.?

  • @user-dn1xi6vh7b
    @user-dn1xi6vh7b23 күн бұрын

    An ha dhufu

  • @Momeyeop
    @Momeyeop23 күн бұрын

    ❤❤

  • @user-th9lp3yz5j
    @user-th9lp3yz5j23 күн бұрын

    Galatoma

  • @abdelamohabdela
    @abdelamohabdela22 күн бұрын

    100%Warra motumaati

  • @MahamadUsmaan-yt7uy
    @MahamadUsmaan-yt7uy23 күн бұрын

    ibsa kijibaa kan mootumman na-oromiyaa baasan maatin baratootaa soba ta'uu mirkana'e

  • @user-ks7fc4le2r
    @user-ks7fc4le2r23 күн бұрын

    The Ethiopian ruling party, Prosperity Party, has exerted political conspiracy on the Oromo Liberation Army (OLA) to revoke the recognition granted by the U.S. Ambassador, Massinga.”

  • @user-dn1xi6vh7b
    @user-dn1xi6vh7b23 күн бұрын

    Maqa balesidha male wabon hoji akana hin rawatuu

  • @abdelamohabdela
    @abdelamohabdela22 күн бұрын

    Warra Mootumati dirrama mootmati 21:37

  • @MahamadUsmaan-yt7uy
    @MahamadUsmaan-yt7uy23 күн бұрын

    Fakkeenyaf keebineen mootummaa naanno oromiyaa kaabine isaa akka maadhe fannoo ta'uun ummata dararaa hamaa geesisaa tura ammas akkasuma

  • @abdelamohabdela
    @abdelamohabdela22 күн бұрын

    Warra Mootumati dirrama mootmati

  • @user-dn1xi6vh7b
    @user-dn1xi6vh7b23 күн бұрын

    Galatoma❤❤❤❤❤❤

  • @nigussegirmaamiru4779
    @nigussegirmaamiru477923 күн бұрын

    Nama jirenyii rakiise ukkaamsuun waqaa biraati fudhatama hin qabuu debii midiiya ossoo hintane dhagaa dubabchuun garriidha

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb715023 күн бұрын

    Kiristoos ummataa Oromoo fi Birrmaa dhuu💔 Translate to English

  • @abdelamohabdela
    @abdelamohabdela22 күн бұрын

    WB0 gachaa sabbaa sabbaa ufirrati hin dallagu ree dabaa

  • @DastaaAbdi
    @DastaaAbdi23 күн бұрын

    Maatiin barattoota ukkamsamanii ykn baratton ukkamsaman eenyuun himatan qaama kamiin ukakaamsamne jedhu?

  • @BayanJemal
    @BayanJemal22 күн бұрын

    Wayee.rakoo.umatatiiraa.

  • @JijjooSanbaato
    @JijjooSanbaato22 күн бұрын

    Aban diiroon essaa turee ???????

  • @user-dn1xi6vh7b
    @user-dn1xi6vh7b23 күн бұрын

    Kuni hoji mutuma aba ireti male dhima oromoti miti

  • @AbdalaibirooAbdalaIbiroo
    @AbdalaibirooAbdalaIbiroo23 күн бұрын

    Yuhun.wajan.je.gafata.jiraa.malle.ifagodhjiraa

  • @AbdalaibirooAbdalaIbiroo
    @AbdalaibirooAbdalaIbiroo23 күн бұрын

    Motuman.biya.bulchu.esakute.namnibutamaa.kuni.motumadha.shki.toko.hinqbu

  • @asfawtihune1095
    @asfawtihune109523 күн бұрын

    Yihun maal jechuu yaalta? Dhimma kana hordofee nageenya lammiiwwanii eeguun gahee mootummaati male WBOn gahee hojii isaa moti. Shame on you for your subversive attempt. ያብዬን ወደ እምዬ /አህያዉን ፈርቶ ...... በሁለት ቢላ መብላታችሁን ተዉት!

  • @BayanJemal
    @BayanJemal22 күн бұрын

    Tatee.takaqoofaa.ratii.marii.gageesin.dhaloon.amaa.matuu.qabayadaa.hawasaf.yadaa.tilmamaa

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia583323 күн бұрын

    Welcome

  • @Junddaa
    @Junddaa23 күн бұрын

    ❤❤

  • @user-ks7fc4le2r
    @user-ks7fc4le2r23 күн бұрын

    The Ethiopian ruling party, Prosperity Party, has exerted political conspiracy on the Oromo Liberation Army (OLA) to revoke the recognition granted by the U.S. Ambassador, Massinga.”

Келесі