Hana Mohammed Kootu- New Oromo Music 2023 (Official Video)
Музыка
For Promote Your Video And Channel
khaxari.net/services
#neworomomusic2023 #oromomusic2023 #newcoversong #hanamusic2023 #oromotiktokchallenge #ethiomusic #newethiopianmusic #challenge #hachalumusic #hachaluhundessa #abdinuressa #halloodaawwee #hacaaluukoottuu #haacaaluuaward
Пікірлер: 1 300
• Hachalu Hundeessaa 0:30 _____________________________ Maalin Godhe Maaliif Dallanta Waanin beekin Natti Mufatte Hirriiban Rafuu Anoo Cinqame Halkaniif Guyyaan Boqonnaan Dhabe Ta'een si eegaa an abdiin kutu Si maleen fedhu Hamma dhumaattu Koottuu. ×2 Maaloo Koottuu ×3 Anaaf jedhi Koottu Si malee jireenyaaf Dacheen Naan mijjawtu 🎶 🎵 1:02 Hamaan dubannee hamman Beekutti Atis ni beektaa Otoo naan galin Otoon hin beekin Maalif dallantaa Ammas sin eegaa ni Dhufta jedheen Ala ilaalaa Otoon deebi'in achumaan haftee Bitaa na galee Amma lal mala Nattin deebine Narraa Fagaatte Waanin beekin Natti mufattee... An firan qabuu ni beekta Turee Eenyuttan obsa Anoo si malee Koottu ×2 Maalo Koottu. ×3 Anaaf jedhii koottu Si maleee Jireenyaaf dacheen Naan mijjoftu 🎶 🎵 2:02 Otoo naaf beektu Si Dhabee jiruun Akka naan taanee An homaan beekuu homaan Arginee Deemuu kee malee Jaalala dhiibuun Bar Gaarii mitii Maqaaf Nuun Toluu Ni deemte Jedhee Wallolle jedhee Ormatti odeeysuun An nattin toluu ⏭️ 2:36 • Abdi Nuressa 2:46 _________________________________ Hiikka jaalaala koo wallaalte malee Badhaadhun yoona dhufaa Oolee bubbulee Eega horiin jaalaalarra Siif Caalee Beenu kankoof kankee dhumni saan tolle 3:17 Ayyan laallattuu Shaggee Ayyaan laallattu ! Ayyaan laallattuu ! Wayyoo Ayyan laallattu ! ×2. Akkas na gootee osoo si jaalla jettuu ! 3:45 • Hachalu Hundeessaa Kan si dinquus Maqaa keetin an Fira kootin Gargar bahee Fira faana gargar bahee.... Kan si dinquus Si filadhuus Yaanni kankoo Yoom Naaf tahee Ofittummaan kee sumaaf Tahee Kan si dinqu Kan si dinquu An waa lamaan dhabduun tahe Kanan gaabbu Kanan Aarsu bifam tokkoon meeqan du'e 4:17 • Halloo Daawwee 4:26 Maal guyyaa keeysaa na garte amma Mee naaf himi Sababni itti naan ooddu maaluma Na quuftus ammaan xalayaa Tiyya naaf kennuudha amma.. Aaahh......... 4:55 Thend
@fatahfatah751
Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰
@cabdirixmanxuseen7601
Жыл бұрын
Yý6y77
@user-vr2lh9vu9v
Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤
@Qanixa-lj6rc
Жыл бұрын
❤
@JamalDire
Жыл бұрын
Iliyaas
I am from Somalia 🇸🇴 I love Oromo kushiitic people ❤
@alifuad3399
Жыл бұрын
Tnx and i love you
@abdidima3801
6 ай бұрын
❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
Anaa duraa dawatee mee warrii akkaa koo Hana jalatan like 👍ittii robasaa 🙏welem🎉❤ bagaa ngya dhufate
@ararsoo
Жыл бұрын
🍓🍓🍒🍒🍋🍋🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓
@ararsoo
Жыл бұрын
🍓🍓🍒🍒🍋🍋🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓🍓
@jemaljaletaoromo6054
Жыл бұрын
Ana
I am from Uganda 🇺🇬 I can't stop listening this music 🎶 Keep going Hanicho.
@hamdiianwaar
Жыл бұрын
Nama si hin bekne sobi kkkkkkkkk 😂😂😂😂😂
@Shamshadin_Qasim10.
Жыл бұрын
matii nafis tahii sanyii motii
Baayyee galatoomii Hannaa keenya heedduu sijaallan jabaadhu. Arttii oromoo keessaatti shoora guddaa dalaguu keettif jajjabeeffamu qabda.
This is a lovely therapy for us, I listen to this song like three times a day. From kenya 🇰🇪, I'm a Borana.
@user-kd6fk1gz9l
11 ай бұрын
هذا مايسما علاج العلاج الحقيقي هو ان تسمع القرآن الكريم وهذا أفضل علاج للبشر
@fatumajirma6343
7 ай бұрын
Hacceko 😢❤
@babayowa4rl113
2 ай бұрын
Much love from kenya ❤me too am from 🇰🇪
I am from 🇩🇯 I love my family oromo isini jaldhaa ya oromoo ❤
This is a pure talent An amazing voice that give us sleepless night here in kenya 🇰🇪
WOW! Your voice is Very awesome! Keep up Hanicho! 🌷❤️❤️❤️🌹🌸🌷🌺🌹🏵️🌻🌳🌹✅
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
It's one of the most soulful Oromo songs. I thoroughly enjoyed it. Well done sister!
Am from Kenya ❤❤❤wow amazing talent hanicho 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@faraxadan8611
Жыл бұрын
😍😍🥰🥰🥰🥰😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😍🥰🥰🥰🥰🤗😪🥳🥳🥳🥳🥳🥳❤❤🧡🧡❤🧡❤❤🧡🧡❤❤❤❤❤❤🧡❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💗💗💗💗💗💗💗💓💗💗💓💗💗💗💗💟💕💕💕💟🖤🖤🖤🖤💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘❣💘💘💘❣❣💟
Love Oromo music. ❤ from Sudan
dhugaa rabbii yeroo 20 ol dhaggeeffachu hin didu haga amma,,,,bayyuuma namatti tola❤❤
Wow beautiful oromo women i'm From Kenya 🇰🇪🇰🇪🇰🇪 Love you Oromo music
@AdinaanRashiid-wj3xo
Жыл бұрын
Thank you
@iskanderiskander
Жыл бұрын
Thanks my brother ❤❤❤❤
@biftu16jimma
Жыл бұрын
Billaa aleeykaa Oromoo dhisaa waan akkana 😂😂
@ShibabawTakele
Жыл бұрын
❤
@mujibtahir9458
Жыл бұрын
@@biftu16jimmakkkkk😂
one of the shining stars in Oromo music industry! every body expect much in future!
@amanaaQuruu6491
Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
❤❤❤❤❤❤ SAGALEE KEE HEDDUU JAALADHA
@amanaaQuruu6491
Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Great work coupled with amazing talent. I am Oro , Kenya 🇰🇪. I listen to your songs frequently /daily.
Welcome back 👌👌👌well done,it's amazing music
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
❤❤❤❤❤❤❤ bayee sin jaladhe❤❤❤
Top notch.we cherish it from mandera ❤❤❤
Jabaadhu jabaduu teenya💟💟💟💘💘💘💘💘💘💘💞💞💞💯💯💯
❤ I love this music too much Hanicho koo hojii boonsaa hajjattee jabaadhu nuuf
Best oromo music hanicho hacce legend ❤
Lovely lady and lovelyl song ❤ Much love from Kenya
I’m from Addis but live Vegas love it love is crazy specially before we get married 💕.
WOW wow wow Hanichoo ❤️💚❤️
Hanicho, you have amazing talent. Keep up the good work. we expect great things from you.
Hanichoo 🎉 bayye sii kabajana
❤❤❤❤❤❤❤ bareeduu koo sweet jabadhuu
Wow Hanicho thanks for remembering our legend
Hannichoo am from oromia midhaga tola werada and your music is my favourite
Excellent job again Hanichoo ( Hanaa ) Jabadhuu iti fuffii We will wait for more to come Advice Wallee halloo fi adaam harrun Saan namaa dhiirraa tookoo walin Guutuu issaa yoo walifte’e hedduu bareedaa sagalee tante’e fi meeshaa amayatin Gaddii koo dachaadhaa Ifqoofatii hin ole’e Tiyaa fafaweeti maqaa keesan fale’e Iajaa teesan durraa dade’emuu hin male’e
Wow baay'ee bareeda jabaadhuu Bareeddu koo❤❤
❤❤❤❤I love you so much Hana 🎉❤❤wow amazing music 🎶 🎵 ❤️ 💖 ♥️
Wow from isiolo kenya viva Oromo💚♥️
Jabadhu baredu ko hani❤❤❤
Hanicho oro akka nagayya jabbadhuu Garu attii bayyee takka nama gadisista yeroon si arkuu nin rifadha garuu humamiti bakka yadee gahuuf kayyoon kee bayyee gariidha
Woow Amazing Hanicho ❤❤❤❤❤
@abdulazizala8572
10 ай бұрын
Wow you are the best talented singer I listen every single of your music I love too much ❤ I want to meet with you from Netherlands 🇳🇱
Where talent and music matched 🙌🏾👌🏾 Great work🎉
@amanaaQuruu6491
Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤❤
@DoktoraaDhaalaaa-eo9fc
Жыл бұрын
@@amanaaQuruu6491 Akaamii naagaa keetii
Wow lu bbu jabadhu ❤❤❤🎉
With love from🇰🇪🇰🇪🇰🇪Kenya.....
Wow hani it's beautiful ❤❤❤
Amazing hanicho kaa aja’iibati Go ahead bareedu tenya❤😍
lubuu ko qali bayee sijaladhaa ❤❤❤❤❤❤
Amazing U Hedduu Galatoomi dhangaa kana nu biraan gahuu keetif
Music 🎶 💯 Voice 💯 Director 💯
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@DoktoraaDhaalaaa-eo9fc
Жыл бұрын
@@artanasaliyyii Akaamii naagaa keetii
Beautiful voice i love it Hannicho❤️😍😘
Wow Hanaa Sound 1 Vedio 1 Everything top 1
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
Keep go my sister 🎉🎉
Wow amazing music ❤❤❤❤
Amazing sounds 🎉🎉🎉🎉
Welcome 1
Hanaa Mohammed SII jaalanna jabadhu
❤ the best music from Morocco 🇲🇦
@h.f.1559
Жыл бұрын
From ethiopia
I live in oman hanichoo qashxii love you your voice is very good wallaahi pleasant❤❤❤
@risiqoibrahim662
Жыл бұрын
The engilizanya is very good but it is non professional
@iskanderiskander
Жыл бұрын
thanks 🎉❤🎉
wow anicho nice sound. thank you dear
Hanicho tenyaa bayee takkaa si jalaana jabadhuu qaaliii oromoo❤❤❤❤❤❤❤
Very nice talent 👏 👌
Hanicho amzing voice 🥰
@mustewood
Жыл бұрын
Pls maatii naaf tahi
Wow jabadhu hana sijalana qashxi.❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Welcome baga nagayaan dhifte Hanicho❤❤❤
Wow amazing voice 😘😘😘
@amanaaQuruu6491
Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Wow amazing voice ❤️❤️❤️❤️
Bareedduu keenya jabaadhu ❤
Bay,ee das jedha jabaadhu jabduuko❤
Wow your voice 👍👍👍👍
Best voice ❤❤❤❤❤
Arfan qalloo too jabadhu ❤ sirba baay'ee bareedaa
@firomsamuayyed6198
Жыл бұрын
Kkkk
Hanichoo qashtii micaa biyya koo hedduu jijjiiramaa jirtaa jabaadhu 💋❤️
Amazing 🎵 ❤
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@abbeeoro
Жыл бұрын
@@artanasaliyyii tolle
@amanaaQuruu6491
Жыл бұрын
@@abbeeorokotuu matii nafa thii a qalii❤❤
Wow ❤ 👌
Wawuu..dhugaa .keetii..jabadhuu..qaalii
Always best hanicho
Hanicho❤❤❤❤❤❤❤❤👌👌👌
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@milki-Barca
Жыл бұрын
@@artanasaliyyii abshir
@user-hk1ph6pf1q
Жыл бұрын
Hamdii ❤nabeytee I Love
Actor of voice❤😊❤
Sirra bareddee jira sagalee te Bayyee bareddii
If from Wollo Ethiopia 🇪🇹 hanicho mucaa biyyaa tiyyaa keep going ❤❤❤
Iam from sudan 🇸🇩 actually I don't understand the song but I love it ❤
Hanan qashxii ❤❤❤🎉🎉
Hana jabaadhu artistii oromoo💞💞💞
Love this sound
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
Waww amazing Quality 100 Sound 💯 Hanichoo nuuf jiraadhu 💚💛💛💙💙❤️❤️🩹❤️🩹
@hamzTv2
Жыл бұрын
Hanicho nama jalqaati ani
ya Hanichoo koo mee maalummaan si goodha ya leechaa too ya obboleetti tiyya umrii nuf dheeradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️
@amanaaQuruu6491
Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
Hanichoo❤🎉
@samiraabdujelil-vs3ie
Жыл бұрын
Wow
@yuusufabdullaa2626
Жыл бұрын
❤❤❤❤
@DoktoraaDhaalaaa-eo9fc
Жыл бұрын
Baaga jiiraatee qaalii Naamaa
💋💋💋💋💋💋
❤😮❤❤❤❤❤❤ jabaadhu
Hanicho bayye sii jaladha gafaa rabbin bakka naa gahe tokko sirbaa tokko si gargaraa nama ko nuuf jiradhu Wagga kumaa akka hace jaladhu sii jaladha sanyi ofi🎉❤❤❤❤❤❤
Wel come Baga nagan dhuftee hedduu namatii tolaa sochiin kankee jabadhuu itti fufiinsaa godhii amalee
Baga Nagaan dhuftee qaalii ❤
Sagalee ijaa'ibaattii jabadhuu
Hedduu sijaladhaa wly sirbaa jalalatin jiruu nuwalaal sistee uuuuuuuuuu ana baduu
Jabaadhu Hani kenya siifana jira
Wwooo anichoo ko❤❤❤
Baay'ee namati tola dhugaa bareedu teenya jabaadhu
Jabaadhu hojjadhu hanicho waan gaarirra jirta
Saagalee ajaibaa qabda.❤ Dawit mokonen. (mee xiqqo gaata.imee ija keessa sii ilaala) jedhuu saan nuuf sirbii,
yemigermii dimtsii new hanichoo 100% 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Simaleye sina jaldhaa dhugaa dubachufa wly❤❤❤❤❤❤
Dhugaa baay'een si jaalladhe Haanicho koo I LOVE YOU%%%💘
Wow hanichoo nufi jabadhu bayee siraa e,ginaa 🙏❤️