Haacaaluu xiqqoo

Ойын-сауық

Haacaaluu xiqqaa #Daddaraaroo# Salaalee Fiicheetti marsaa duraan qophaa'e irratti ol adeemaan bakka Haacaaluu Hundeessaa bu'uu malu argame.

Пікірлер: 69

  • @ayantukabetaayantukabeta9163
    @ayantukabetaayantukabeta916311 ай бұрын

    wawwwwww baay'ee namatti toolaa sagalee isaa guddadhuu kichuu koo bakkaa yaadee gaahii attii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @sinantube1

    @sinantube1

    11 ай бұрын

    Matii koo ta'i qaalii

  • @kedanayemariyam1323
    @kedanayemariyam132311 ай бұрын

    ❤❤❤sanyii goota ijaa hamtun sii hin argin

  • @MuktaarNaasir
    @MuktaarNaasir2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ www baay,ee namatti tola guddadhu

  • @user-pm6cw5xe5z
    @user-pm6cw5xe5z6 ай бұрын

    Maaloo ijoollee aja"ibaa qabaadhe jira akkam afeerachuu danda'aa

  • @hamidahamida8504
    @hamidahamida850411 ай бұрын

    Rabbi sii haaa eguu da'ima kana ijaa irra hafi

  • @shewayinugusi4425
    @shewayinugusi442511 ай бұрын

    Woww sanyii gottaa nuf gudadhuu❤💚👌👌🥆🥆🥆

  • @FuadBekriMohammed
    @FuadBekriMohammed4 ай бұрын

    rabbi ija hamtuu sirraa haa qabuu guddadhu

  • @asteriasteri2969
    @asteriasteri296910 ай бұрын

    Hace xiqa rabbii umurii haa dhersu

  • @Ijotube
    @Ijotube3 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @darartuutube9477
    @darartuutube947711 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤ gudadhuu dhaloota qubee

  • @sinantube1

    @sinantube1

    11 ай бұрын

    Kotu matii koo ta'i lubbuu

  • @ibsatofiiq-ms1cd
    @ibsatofiiq-ms1cdАй бұрын

    ✊️✊️✊️✊️✊️🤲🤲🤲🤲🤲

  • @ShageMusa
    @ShageMusa3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @salamalikom9617
    @salamalikom961711 ай бұрын

    Guudaadhuu

  • @nuhinuhika3193
    @nuhinuhika319311 ай бұрын

    Wow ❤

  • @user-ri7iv8mi4e
    @user-ri7iv8mi4e11 ай бұрын

    Jabadhuu kichuu 💪💪💪💪💪🫶🫶🫶🫶💋💋💋💋💯💯💯💯😁

  • @user-ih4yp3vv4c
    @user-ih4yp3vv4c11 ай бұрын

    Rabii sihaa gudisuu

  • @Fatiyaa.Ibrahim
    @Fatiyaa.Ibrahim2 ай бұрын

    Guddadhuu ija irra hafii

  • @kedirahmed4893
    @kedirahmed48937 ай бұрын

    Sirba kana sirbuun isaa hedduu cimaa dha

  • @rahmaathorathora890
    @rahmaathorathora89011 ай бұрын

    Gudadhuu whudafaa

  • @sinantube1

    @sinantube1

    11 ай бұрын

    Kotu nati dabalaami qaalii

  • @NadhiiKadiir-ib6dp
    @NadhiiKadiir-ib6dp2 ай бұрын

    Wowwa nmicaqalii

  • @AlmaasTesfaaye-mk1qi
    @AlmaasTesfaaye-mk1qi11 ай бұрын

    Hacaaluu xiqqaa singitan jajjabeessaa galatooma warra obn

  • @ArebaGeleto
    @ArebaGeleto5 ай бұрын

    Very good

  • @Obsaa-Girmaa-Official
    @Obsaa-Girmaa-Official8 ай бұрын

    Lubbuu

  • @shamsiyaatube5609
    @shamsiyaatube560911 ай бұрын

    Buchekoo bareduto ❤❤❤❤❤

  • @sefusefu170
    @sefusefu17011 ай бұрын

    wwww very nicely ❤❤❤❤

  • @Odaabisil1
    @Odaabisil111 ай бұрын

    Nuf Gudaadhuu❤❤❤

  • @artanasaliyyii

    @artanasaliyyii

    11 ай бұрын

    Maatii naafiis ta ii waan ofii

  • @ArafataHusse
    @ArafataHusse2 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤😅

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan4 ай бұрын

    Si haa guddisu dhiira namaati,Ati.

  • @user-my7df6dr2c
    @user-my7df6dr2c11 ай бұрын

  • @jamelajamela9003
    @jamelajamela900311 ай бұрын

    Gudadhuuu❤❤❤❤❤

  • @sinantube1

    @sinantube1

    11 ай бұрын

    Qaalii koo kotu matii koo ta'i

  • @jamelajamela9003

    @jamelajamela9003

    11 ай бұрын

    @@sinantube1 tolle💔🌹

  • @user-mm2fw8lp7i
    @user-mm2fw8lp7i11 ай бұрын

    Haacaaluun dabalameera galatooma warri abbaa seeraa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dandeettii addaa

  • @cululeejawermohammed7627
    @cululeejawermohammed762711 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @user-zj1tv8gh3e
    @user-zj1tv8gh3e11 ай бұрын

    ❤❤❤

  • @sinantube1

    @sinantube1

    11 ай бұрын

    Matii koo ta'i kotu lubbuu

  • @user-ih4yp3vv4c
    @user-ih4yp3vv4c11 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlmaasTesfaaye-mk1qi
    @AlmaasTesfaaye-mk1qi11 ай бұрын

    Haacaaluu xiqqaanuuf guddadhu obn galatoomaa

  • @bilalkhadari3446
    @bilalkhadari344611 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @JafarMusxafaa
    @JafarMusxafaa11 ай бұрын

    eywwwaa

  • @UsmaaiilAbdullah
    @UsmaaiilAbdullah11 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @arefatamana1177
    @arefatamana117711 ай бұрын

    I wanna to appreciate his act and sound but he is using his sound more than his age I thing This will may harm his sound

  • @user-uq1gk4np2u
    @user-uq1gk4np2u11 ай бұрын

    Nuf guddadhu

  • @fatumlove4620
    @fatumlove462011 ай бұрын

    ❤❤💘💘😭😭😭🏆🏆🏆🏆

  • @kenytaye9229
    @kenytaye922911 ай бұрын

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @wallojilleem951
    @wallojilleem95111 ай бұрын

    Waarii boqolloo amaa waan hordoftotaa itiin argataan reefu fixaan kuno ani comentii obn 50 tahee arumaan argee😂😂😂

  • @meridbarak4100
    @meridbarak410011 ай бұрын

    Itti muddi singiitan

  • @user-wg2fd7bb4g
    @user-wg2fd7bb4g3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤baakaa bu,aaa hacee

  • @rahmaathorathora890
    @rahmaathorathora89011 ай бұрын

    Hachee natani hacee 2nujetanii

  • @galmakayyootube2523
    @galmakayyootube252311 ай бұрын

    Muca samuu guddoo qabu.

  • @danielfeyisa
    @danielfeyisa11 ай бұрын

    Waaqni guddaan isiniif haa dhiisu, aartii oromoo tapha/ qoosaa ijoollee gootani....wanti isin hojjechaa jirtan kun aartii Oromoos hin fayyadu, mucaa kanas hin guddisu. waan hundumtuu Umurii waliin bareeda. waltajjiin daddaraaroo kun waltajjii Ogummaa, kan dandeettiin ittiin mul'atudha malee kan ijoolleen itti afaan bartu miti. daawwatttota miiliyoona hedduutu Addunyaa mararraa ilaalaa jira. waan kiiloo hin kaasne, madaala kan hin guunne utuu dhiyeessuu baattanii gaariidha. mee dorgommiiwwan FANA, BALAGERU.....irratti dhiyaatan ilaalaa. Balleessaa guddaa kan qabu mucaa kana utuu hin taane warra mucaa kana dorgommiif dhiyeessedha. mucaan kun utuu waltajjii irra hin bahin calallii darbuu qaba ture. kan biraan abbootiin seeraa kan lead isin godhu ogummaa dha malee uummata/Audience/ ta'uu hin qabu. Daawwattoota sodaattanii waan yaada kennaa jirtan fakkaata. Daawwataan hamilee waan kenneef.....waan harka reebeef qofa dorgomaa jajuu dhiisaa. isin ogeessota waan taataniif..... Gara mucaa kanaatti yoon isiniif deebi'u mucaan kun Scale, Transpose ala jechaa ture. Highpeach, irrattis baayee rakkachaa ture. yaada ogummaadhaan deeggerame kennuut isin irraa eegama malee uummattni waan harka rukuteef isinis harka rukutuu hin qabdan. Akka waliigalatti daddaraaroo ammaa kana yoo ilaallu...gosoota dorgommii addaa addaa irratti sababa dogoggora abbootii seeraatiin kan ka'e waan baayee fagoo deemu hin fakkaatu.....

  • @singitansalaletube

    @singitansalaletube

    11 ай бұрын

    BAQQAA BAALAAGARUU BIRA DEEMETAN DORGOMA ISAAN UMURIIDHAN EEGA NAMA DABARSANII DANDEETTII HIN FEDHAN MITII WARRI BAALAAGARUU?🤣🤣🤣🤣

  • @user-mm2fw8lp7i

    @user-mm2fw8lp7i

    11 ай бұрын

    Namittii ati daa'ima waggaa irratti yaada kenite muca kana osoo beekta so uume dura bafadhu maqaa daanyaa hin dhahin afaan akka baalaagaruu umriidhaan osoo hin tane dandeettiiti amanu isaan Saree sammu furrii😂😂😂

  • @user-mm2fw8lp7i

    @user-mm2fw8lp7i

    11 ай бұрын

    Waa'ee Artii oromo eess Abbaa keetiti beekta qomcee hedduu rakkatteem😁😁😁😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @AlmaasTesfaaye-mk1qi

    @AlmaasTesfaaye-mk1qi

    11 ай бұрын

    Harree obn ija uummataati singitan immoo ilma Haceeti ok tortoraa hanga mucaa daa'ima kanaa hin geessu qomcee

  • @saboonituorommo6054
    @saboonituorommo60542 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @UsmaaiilAbdullah
    @UsmaaiilAbdullah11 ай бұрын

    Wow❤

  • @user-ls2ys5lr4d
    @user-ls2ys5lr4d11 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @user-zj3xj4kw4m
    @user-zj3xj4kw4m3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @burkimangusto-in1wu
    @burkimangusto-in1wu11 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @sinantube1

    @sinantube1

    11 ай бұрын

    Kotu matii naf ta'i ❤

  • @alhamdulilha6065
    @alhamdulilha606511 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @teguessteg6418
    @teguessteg641811 ай бұрын

    ❤❤❤❤

  • @cululeejawermohammed7627
    @cululeejawermohammed762711 ай бұрын

    ❤❤❤❤

Келесі