Haa Calliftu - Isaaq Zeenuu - |New Ethiophian Oromo Music 2024 (Official Vedio)

Ойын-сауық

@isaaqzeenuutube Haa Calliftu - Isaaq Zeenuu - |New Ethiophian Oromo Music 2024 (Official Vedio)

Пікірлер: 1 600

  • @Isaaqzeenuu
    @Isaaqzeenuu24 күн бұрын

    Namoonni hojiikoo naaf jaallattan guddaa galatoomaa! KZread 100k seeneera guddaa galatoomaa!

  • @GfDs-og1rm

    @GfDs-og1rm

    24 күн бұрын

    🎉🎉🎉🎉

  • @salehanaim

    @salehanaim

    24 күн бұрын

    Ok sii wolinn jiraa

  • @samerahassan96

    @samerahassan96

    24 күн бұрын

    Milyona 10 galuu qabaa abshir❤️

  • @Carcar12-023

    @Carcar12-023

    24 күн бұрын

    www ni dadeessa dhugaa

  • @Carcar12-023

    @Carcar12-023

    24 күн бұрын

    Dandeettii kee kana haalli yoo siif mijate album akkami baastu abdii sirraa qabna isuu jabaadhu❤

  • @Rediademtube
    @Rediademtube24 күн бұрын

    1ffaa dha mangisti ❤ Like share godha wari jalatan

  • @abdulayitube9959

    @abdulayitube9959

    24 күн бұрын

  • @RabeIbrahimRabe

    @RabeIbrahimRabe

    14 күн бұрын

    ❤😊❤❤❤❤​@@abdulayitube9959

  • @AanaaHussenUmared
    @AanaaHussenUmared24 күн бұрын

    I am from Tanzania I love oromo music

  • @Moti_5G

    @Moti_5G

    24 күн бұрын

    Hafuftu woyi maalif sobda 😅

  • @TofiqooTaajuu-fl9ik
    @TofiqooTaajuu-fl9ik24 күн бұрын

    Namni akka koo mata isaaq ilaalu dhuftan like godha mee😂😂😂😂🎉

  • @Kaa-fs6jf

    @Kaa-fs6jf

    22 күн бұрын

    😂😂😂😂 anna walhi

  • @AbdiMuktar
    @AbdiMuktar24 күн бұрын

    Akka si jaaladhuuf silaa anaaf si galaan jaalalaa Miidhamuus onneen koo madaa😮 Ajaa'iba bro qulqullinni vidos ta'ee directing ka ajaa'ibaati. Like Shkre godhaa addunyaa waliin gayaa👌

  • @SavehMahmad-pv2mj
    @SavehMahmad-pv2mj24 күн бұрын

    Namnii naa duraa lik godhe ilalee hin jiru🎉🎉🎉

  • @GBtubeJimma

    @GBtubeJimma

    24 күн бұрын

    🎉🎉🎉

  • @TuujiiAbduraman-zo4fx

    @TuujiiAbduraman-zo4fx

    24 күн бұрын

    ❤❤❤

  • @Muraadshirkaa
    @Muraadshirkaa23 күн бұрын

    Dhifaamaa waliin Isaq keennaa mooludhaa kun obolesaa issaati moo ijaa kooti ijoo 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🎁🎁🫶🎁🫶🎁🫶🎁🫶🎁🎁

  • @user-dc5zi4vv8t
    @user-dc5zi4vv8t24 күн бұрын

    Jabadhuu qalii kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉

  • @sabotujimmaa1421
    @sabotujimmaa142124 күн бұрын

    Baye dasi jedha sagale kee sirabike dubye baredadha yaro huda siwajin jiraa ilama moti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @muradmahamad1215
    @muradmahamad121524 күн бұрын

    I'm from Saudi Arabia 🇸🇦 gud voice

  • @user-nl2vz2ds1i
    @user-nl2vz2ds1i24 күн бұрын

    Dhuga sirbaa Issa mulunu nii bareedda nuuf jiradhu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @mudeozil9692
    @mudeozil969224 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤ sirriitti hojjattee jirta sirba baay'ee namatti toluudha jabaadhu bakkuma kiiyya buuteeti na keessaan dubbatte❤❤❤❤❤

  • @harunetube4560
    @harunetube456024 күн бұрын

    I am from Madagascar I love you oromo music 🎵❤

  • @Moti_5G

    @Moti_5G

    24 күн бұрын

    Hafuftu woyi maalif sobda maqan kunif fuulli kun akkamiitti Madagascar 🇲🇬 fakkaata 😅

  • @yaaallaah3188

    @yaaallaah3188

    17 күн бұрын

    Woih sobaa kkk

  • @Abdusse_Tube
    @Abdusse_Tube24 күн бұрын

    Mata dureen isaa Haa cal'iftu Osoo hin tahiin Osoo malaa naa malii tahee baredaa❤❤

  • @FirooOroLijJimmaa
    @FirooOroLijJimmaa24 күн бұрын

    I am from Oman 🇴🇲 woggaa kana moo kanada galtee sirbaa rafeera tokkoo nuuf gadhiftaa😍😍♥️♥️♥️

  • @user-nv9jg6rf2q
    @user-nv9jg6rf2q24 күн бұрын

    Wowww 🎉🎉🎉🎉🎉congratulations 💪 🎊 👏 💐 🥳 💐💐💐💐💐💐💐💖

  • @estifanostomas1
    @estifanostomas124 күн бұрын

    Waw hojii garidhaa namni akka koo jalatan like godha 🔥🔥

  • @user-rj8sy3or8r
    @user-rj8sy3or8r24 күн бұрын

    Jabaadhu mataa dhiira baay'ee nama tola warri akka koo jaalattan like godha!

  • @HamzaaYusufHamzaa
    @HamzaaYusufHamzaa22 күн бұрын

    Congratulations 🎊 🎉🎉🎉🎉 Baay'ee bareedadha jabadhuu qaalii namaa sanyii koo ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💝💝💝💝💝💝

  • @Galxfunny
    @Galxfunny21 күн бұрын

    Hedduu takka nu gammachiifte dhugaa Jabaadhu

  • @NawwafAbo-od1vx
    @NawwafAbo-od1vx21 күн бұрын

    Jabaadhu itti fufi seena gotowwan kenyas baasi seena dhokate seenan gootowwan jimma sababa arti dhabaf awwalame jira akka itti yaadde erratti hojjacha jirtan abdi sirra qabana isaqo kenya sirba jaalala qofa miti hanqinnin guddan kan jiru seenan gotowwan kenya dhokachudha 😢😢😢❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AsterAdinew
    @AsterAdinew24 күн бұрын

    Dhugaa waqaa 1ffaa dhaa sagalee jetamoo qulqulinaa sirbichaa bayyee jaladheraa jabadhuu qalii kenyaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JazilaJazila-h5q
    @JazilaJazila-h5q13 күн бұрын

    Ajaa'iba ummata sirbaan maashaa Allah jedhu!! Rabbi is isin haaqajeelchu

  • @IbsituuTube
    @IbsituuTube19 күн бұрын

    Mala naa malaa............X100 hedduu namatti tol. keep it up!!

  • @user-qs2co9xs7t
    @user-qs2co9xs7t24 күн бұрын

    Issuu koo jabaadhu oromtichaa kenyaa ❤❤❤❤

  • @gibeemiidaaniitork5475
    @gibeemiidaaniitork547524 күн бұрын

    Ani Rifesaa keraan Qabamee Artist kenyaa hundhafuu jabadhuu Sii Wojiin jiraa ❤❤❤

  • @khalidalshammari5473

    @khalidalshammari5473

    20 күн бұрын

    😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @QerooTUBE
    @QerooTUBE24 күн бұрын

    Weca waa dasaa jedhaa🎉🎉❤❤

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb715020 күн бұрын

    Jabaa dhuu jabaa sabaa 😍🎶

  • @user-kw5kg5mh2h
    @user-kw5kg5mh2h24 күн бұрын

    Wooooowo isu kenya baye baredadha sirbi ke jabadhu ishi sanyii❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @alifymohammed2293
    @alifymohammed229319 күн бұрын

    I am from Madagascar i love oromo music

  • @Shueybi-vt3re
    @Shueybi-vt3re23 күн бұрын

    I am from oromiya I love you oromo music 😂

  • @mahdimaamma8150
    @mahdimaamma815024 күн бұрын

    Istaayilin sirboota afaan oromo ricardi cabse barana ❤❤❤

  • @Firfirsamidea
    @Firfirsamidea24 күн бұрын

    I am from amerca losangalas this i love you oromoo music❤

  • @keriyaibrahim3523
    @keriyaibrahim352324 күн бұрын

    Waaw sirba hedduu namatti toluudha artisti keenya jabaadhu jabaa keenya❤❤❤❤👍👍👍

  • @KebedeTadesse-cd1kg
    @KebedeTadesse-cd1kg18 күн бұрын

    L am from Kenya l love Oromo music

  • @fortuneproduction1799
    @fortuneproduction179920 күн бұрын

    Sirba Bareeda Isaaaq, Jabaadhu more yet to come

  • @SadamSadamgali
    @SadamSadamgali24 күн бұрын

    Bayyee nammati toolla isaqe❤

  • @user-fq3bz7gr2s
    @user-fq3bz7gr2s24 күн бұрын

    Wawwoo bay'ee baredaa ❤❤❤bagaa milkofotee

  • @magarsamummee
    @magarsamummee17 күн бұрын

    ❤❤❤ jabaadhu itti fufii hedduu takkaa tolchiitee waraabdee video thank very much

  • @uzefapageor3562
    @uzefapageor356224 күн бұрын

    Jabadhuu isaaqo very nice ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nasirushaafi2451
    @nasirushaafi245123 күн бұрын

    wo Isaac Zeenuu thank you for making very beautiful music that enters the mind keep up the good work and hope he does more in the future ❤️👍

  • @user-tp4bp4sh4u
    @user-tp4bp4sh4u24 күн бұрын

    Wel come Oromo music Mala naa maloo Wwwwww song Great picture & Camera man Video I love voice IZAAQ ZEENU CONTINUE MUSIC

  • @SamiraSamira-oj6gy

    @SamiraSamira-oj6gy

    24 күн бұрын

    1:30 Baye bareda wow wow ❤❤❤❤

  • @Jameelaabdalaa
    @Jameelaabdalaa24 күн бұрын

    Wow congratulations isaq ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-ko9rd2pr3i
    @user-ko9rd2pr3i24 күн бұрын

    Welcome anaa dhufuu jedheraa wow Jabadhuu isaq kenyaa jiraa ❤❤❤❤❤❤

  • @Hawii1657
    @Hawii165723 күн бұрын

    ❤❤❤waa jaba nama Tokkfdhaa wayii Rifnsaa isuu❤

  • @FiriiJiruu
    @FiriiJiruu24 күн бұрын

    Well come isaq Kenya ❤❤❤ jabaadhu

  • @user-uj9ye5dc5i
    @user-uj9ye5dc5i24 күн бұрын

    Bayyee bareedadha laikii ittii robsaa oromoko jajabeessaa

  • @Abdi-z4v
    @Abdi-z4v24 күн бұрын

    Wwwwwwww🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 gurba ni dandetaa❤❤❤❤

  • @HabeebiHabeebi-yt5tk
    @HabeebiHabeebi-yt5tk24 күн бұрын

    Takiuu sijaldhaa abshir❤❤❤❤❤

  • @kiyaoro7524
    @kiyaoro752421 күн бұрын

    I am from Vacuum country i just heard this beautifully song i felt

  • @AbdiAliyii-sd6ou
    @AbdiAliyii-sd6ou23 күн бұрын

    dhugaa kiyaa bayyee natii toltaa hojii fi jechii kee hundii bro ❤❤❤❤❤❤❤❤❤insha allhaa for exe media bayyee natii toltuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤congratulations

  • @Alutii_5G
    @Alutii_5G24 күн бұрын

    Wel come isuu❤

  • @SaraAhmad-ol2ce
    @SaraAhmad-ol2ce24 күн бұрын

    Wwoww welcome back big respect 🎉🎉🎉❤❤❤

  • @Qaadiree
    @Qaadiree24 күн бұрын

    I m from Canada this very good music

  • @user-ww8jh5oc2k

    @user-ww8jh5oc2k

    24 күн бұрын

    Ere😂😂😂

  • @Qaadiree

    @Qaadiree

    24 күн бұрын

    @@user-ww8jh5oc2k yemir🙄😉

  • @user-cp9vm3sj6x
    @user-cp9vm3sj6x20 күн бұрын

    Nuuf jiraadhu artisti keenya isi jaallannaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-xs6pu3wv8h
    @user-xs6pu3wv8h24 күн бұрын

    Jabaadhu sanyii koo hojii gaariin as baate dhugaa rabbi

  • @hasanorotube6146
    @hasanorotube614624 күн бұрын

    🎉🎉🎉🎉🎉very good my brother your work❤️❤️❤️❤️

  • @awoldelil7872
    @awoldelil787224 күн бұрын

    Wowo 1ffaa dhaa

  • @rozibest1049
    @rozibest104924 күн бұрын

    Wowww wel come isaaq 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊

  • @Abdiijima-mf8ir
    @Abdiijima-mf8ir24 күн бұрын

    Well cm issuu🎉🎉

  • @Nasiroo-hasan
    @Nasiroo-hasan24 күн бұрын

    I love you from saud arabia ❤

  • @neimashamsu
    @neimashamsu24 күн бұрын

    Ayii sagalecha❤

  • @RooseFita-br5fh
    @RooseFita-br5fh23 күн бұрын

    Woooow bayee baaredaa isaaye❤❤❤😊

  • @AbdulkerimMusaofficial
    @AbdulkerimMusaofficial24 күн бұрын

    Wow best music video 🎉❤

  • @user-tx5lm6gm9q
    @user-tx5lm6gm9q24 күн бұрын

    Wlee come isaaq ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @CaltuuKamal
    @CaltuuKamal24 күн бұрын

    welcom isaq kenyaa hoji .kee baredadha jabadhuu jimichaa ko❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @gadisaabee7561
    @gadisaabee756111 күн бұрын

    Maaloo Ani jeecha hin qabuu kan ittin SI ibsuu❤❤

  • @fatirashid6895
    @fatirashid689524 күн бұрын

    I am from jimma I love you isaq zeenu oromo music

  • @hawawako9325
    @hawawako932524 күн бұрын

    Well come isaaq🎉🎉

  • @KadirAbduro
    @KadirAbduro24 күн бұрын

    Good jop hedduu si jaalanna 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @abdatanman1923
    @abdatanman192322 күн бұрын

    Hedduu takkaan si dinqisiifadhaa jabaadhu qaalii namaa

  • @fattafatima6076
    @fattafatima607624 күн бұрын

    Wle come isaaq jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdurahmankalif3172
    @abdurahmankalif317223 күн бұрын

    Waaaw like music ❤❤❤

  • @user-fy7hu4vj8r
    @user-fy7hu4vj8r20 күн бұрын

    Woow heddu takka baredaa sirbaa maratuu fidee kanumaraa milkayii❤❤

  • @Arifo209
    @Arifo20919 күн бұрын

    Jabadhuu qashxii like godhaaf❤❤❤❤

  • @HananNazif-gy4yp
    @HananNazif-gy4yp24 күн бұрын

    I'm from jiima I like Oro music 😮

  • @WoliidAbdallaa
    @WoliidAbdallaa24 күн бұрын

    namnii naa duraa like godhe hin jiru

  • @user-re4ke5dr9b
    @user-re4ke5dr9b24 күн бұрын

    Isuuyee mashalla bayyee beerda walaii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤siijaladha walaii

  • @DghhRyu
    @DghhRyu20 күн бұрын

    Sifii maradhe🎉❤❤❤❤Mali tate sanyii Abshrii ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MdMubaarak-b6c
    @MdMubaarak-b6c24 күн бұрын

    Akaasii.

  • @najiboro6608
    @najiboro660824 күн бұрын

    Jabdhuu sifii goneraa

  • @user-no5qi3tl3g
    @user-no5qi3tl3g21 күн бұрын

    muziqa bayee bareduu dhugaa jabadhu akka kan birasi qabate nu dhufitu abdin qabana ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ns1nj5uz7h
    @user-ns1nj5uz7h20 күн бұрын

    Wow waan aja'ibaattiin gaadii baatee gaaruu sirbaa biichaa miti ofiilee jijirtee jabadhuu haalumaa kananii❤❤❤❤❤

  • @fuadtube7981
    @fuadtube798124 күн бұрын

    Smart music bro👌🏻❤

  • @Mammeking2909
    @Mammeking290924 күн бұрын

    Amazing Isaaq

  • @BekaSiraj5G1
    @BekaSiraj5G124 күн бұрын

    Good job❤❤❤ congratulations Isu

  • @dawudmuhammad52
    @dawudmuhammad52Күн бұрын

    Jabaadhu bra bayyee nutti tolera hojin ke ❤

  • @user-yu8wy8hg6r
    @user-yu8wy8hg6r24 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-zv4dd9cq9m
    @user-zv4dd9cq9m24 күн бұрын

    Isaaq my king bro

  • @HdhheDjhdh
    @HdhheDjhdh24 күн бұрын

    Welcome to jimmichako❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @NawwafAbo-od1vx
    @NawwafAbo-od1vx24 күн бұрын

    Www www baaye namatti tola dhuga hoji ajaaibati jabaadhu jaba saba ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu578024 күн бұрын

    Wowww❤❤❤❤

  • @user-og7wn7dy4b
    @user-og7wn7dy4b24 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Orombekentertainment
    @Orombekentertainment24 күн бұрын

    Isaaqoo bssyyee...Bareedaadha....Duraanuu...Atuu....Bareedaadha.....

  • @sifan1234
    @sifan123423 күн бұрын

    Wow baye namati tola🎉🎉🎉🎉🎉👌👌

  • @AboAmin-j4c
    @AboAmin-j4c24 күн бұрын

    Maashallh Isuukoo Sirbike bay'e miidhagaa jabadhu ishi lencakoo

  • @Anuun269
    @Anuun26924 күн бұрын

    Qaalii keenyaa everything's 100%quality

  • @ahmedtamam7734
    @ahmedtamam773424 күн бұрын

    Hamma gurri ko dhagahee wolaloo sirba kanaa. Akkan sijaalladhu silaa haa anaaf sii galaa jaalala Miidhamus onnen ko madaa orma hin fidu cufee balbala Osooti calliftu dandamadhe yooman tura cimee siif maraadhe Siif maraadhe woyyo gubadhe.... Mala naa mali maalo mala naa malii sumaafan maraadhe Yoon silaalu nan sirbaa boonan kee qixxeen dhibbaa An nan sirba yoon silaale of iyyuu hin qabu quba na dhukkuba nattii iyyu hin caale. Mala naa malii!... wooo Na boojite ilaala! Akka waan ilmoo dhabaa taate baafatte hin dubbattuu ija qofaan qalbii narraa fuute. Calliftuu amalaa Jaalala isheetu fala Anaaf isheetu tola amala. Dubbachuu yo dhiftes narraa yom fagaatte. Isheen of hin tultu......? Yaa miidhaga hidhii keeti Keessonko dhungoo feeti😂. Mudhii sonsi itti inaafte Daaben kee jigaa loshan nyaarri kee .........ijaan meeqa galafatte. Konkonen kuyya suuta ejjettii hamaa hin dubbatti---uffattii Baafatte hin dubbatu ija qofaan qalbii narraa fuuti. CALLIFTUU AMALAA ANAAF ISHEETU FALA JEDHEKAA AKAAKAYYUN ABBAA GAROO❤ yoon dogoggore dhiifama!!

  • @abdumobilapp
    @abdumobilapp24 күн бұрын

    Jabaadhu!

  • @KamilKalel-fk6gt
    @KamilKalel-fk6gt24 күн бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👌👌👌💯

Келесі