GUUTUU SHIFARRAA - ARGEERA MI'AA KEE

Музыка

Guutuu Shifarraa - Argeera mi’aa kee (Lyrics) :
Kan akka kee hin argadhum ano (x4)
Argeeraa mi’aa kee nama na gochuu kee (x4)
Waan barbaachiisa argachuuf ulaagaan yoo na gatee
Badee hin baduu nama ta’a dadhabaan sitti hirkate
Waan barbaachiisa argachuuf ulaagaan yoo na gatee
Badee hin baduu nama ta’a dadhabaan sitti hirkate
Qophaa koon se’eeni mogoleen na laafee gad ta’ee
Abdis kutadheenii karaa isa ka’ee abdiin koo du’e
Jiraam keessa koo olmaan kee (x4)
Michuu warra abdiin dhumee
Nan hin jenne takka siin dadhabee
Si waamuu maafan dadhabaa
Si dhimma koo qabaa
Dadhabaa isa jaarra meeqa fixee
Humna warra abdiinsaani cite
Kan dhageessu iyya lafa onaa
Sagaleen kee cabse karaa banaa
Abdii natti gootee nama abdi hin qabne
Ani na yaadatama garaa koottii hin yaadne
Irra deema dhuftee rakkiisa koo sanaa
Akka keet Goofta koo eenyuutu amanama
Jaalalli kee keessa koo mo’ate (x4)
(Amman beeku gararradha ati
Amman yaadu gararradha ati ulfaadhu mootii) x4
Teessoo kee irraa ol ol jette jirta
Hin durfamtu baraaf bara bittaa
Hin sasattuu guutuudham harki kee
Umama keef jaalala garaan kee
Abdii natti gootee nama abdi hin qabne
Ani na yaadatama garaa koottii hin yaadne
Irra deema dhuftee rakkiisa koo sanaa
Akka keet Goofta koo eenyuutu amanama
Jaalalli kee keessa koo mo’ate (x4)
(Amman beeku gararradha ati
Amman yaadu gararradha ati ulfaadhu mootii) x4
#OROMOGOSPELSONG
#PROTESTANTSONG

Пікірлер: 22

  • @AYANTUWOTLCHA
    @AYANTUWOTLCHAАй бұрын

    Ebbifama waqayyon isin haa ebbieu kan callatti ebbifama ummata qashtii kan gooftaan ebbise ❤

  • @Galma123
    @Galma1235 ай бұрын

    Ameen akka malee jaallanna faaruu kana

  • @CaltuChantu-ww3rm
    @CaltuChantu-ww3rm7 ай бұрын

    Ameeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeeen dhugaa farafanna kan baay'ee jaalaladha eebbifaii dachaaaaa❤❤❤❤❤

  • @YanetSisay-qy3ei
    @YanetSisay-qy3ei8 ай бұрын

    Ebbifamii daribii farfadhuu kanumaa calaa

  • @Mercymamo6856
    @Mercymamo68564 ай бұрын

    ameeen

  • @tegesttegest330
    @tegesttegest3302 жыл бұрын

    Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen waqayoo siha ebbisu ebifamii dacha dachadhani obollesa kenya gutu bayye sii jalana ayyani ararri tokkumani hafurraa qulqqulluu sifanna haa ta,u jabadhu ❤❤❤📖📖✋

  • @asteertasfuu3035
    @asteertasfuu30352 жыл бұрын

    Ameen Ameen Ameen ebbifama ebbifamaa 🙏 🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍💓💓💓💓

  • @mergaasefa9604
    @mergaasefa9604 Жыл бұрын

    Ebba kun thanks to Lord

  • @user-lw4kf5hc3p
    @user-lw4kf5hc3pАй бұрын

    Ameeeeeeeeeeeeeenameeeeeeeeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifamaa

  • @user-gd1yo6uv2x
    @user-gd1yo6uv2x3 ай бұрын

    Eebbifama

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 Жыл бұрын

    Ameeeeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeen ❤❤ eebbifamii dachaa

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 Жыл бұрын

    Ameeeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeeen eebbifa dachaaaa

  • @tadelechala624
    @tadelechala624 Жыл бұрын

    GOD BLESS YOU GUTTU YOUR LIFE..❤❤

  • @user-md5md6sg3v
    @user-md5md6sg3v3 ай бұрын

    ❤❤❤❤❤

  • @user-vt9fi4hd4u
    @user-vt9fi4hd4u Жыл бұрын

    Blessed Gutuye,jabaadhu,ammas,ok#@!!!

  • @kalkidandagne462
    @kalkidandagne462 Жыл бұрын

    እግዚአብሔር ይባርክህ 🙌🙌🙌

  • @tadelechala624
    @tadelechala624 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤Amen Amen

  • @abdetatesgera9514
    @abdetatesgera9514 Жыл бұрын

    Amen elililililililililili

  • @gennetmeskele4384
    @gennetmeskele4384 Жыл бұрын

    Ameeeen Ameeeen eebifamii waqayooni koo siha eebissu guadhu mucaa kakuu gutu

  • @gennetmeskele4384

    @gennetmeskele4384

    Жыл бұрын

    Ameeeen Ameeeen

  • @AYANTUWOTLCHA
    @AYANTUWOTLCHAАй бұрын

    Ebbifama waqayyon isin haa ebbieu kan callatti ebbifama ummata qashtii kan gooftaan ebbise ❤

  • @mergaasefa9604
    @mergaasefa9604 Жыл бұрын

    Ebba kun thanks to Lord

Келесі