Gutu Shiferaw/ DHUGAAKEE /Official video

Ойын-сауық

#Dhugaakee #Ethiopianchristian #Gospelmusicvideo #Gutushiferaw

Пікірлер: 647

  • @gelanalemiofficial2850
    @gelanalemiofficial28503 жыл бұрын

    Uffee yeroo hundumaaa,dhaggeeffadhee,dhaggeeffadhee,dhaggeeffadhee hin quufu.Yeroo hundumaa Inni Mataa Abaarsaa buruqsee Anaan na jiraachise kuni na Ajaa'ibsiisa.Anaaf immoo Kunuunsa fi Araara Isaatu baayyate.Abbaan ergaa kanaa Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu, Guutuu koo,Olkaafaamaa jiraadhu nama Waaqayyooooooooo

  • @hananhanan1694
    @hananhanan16943 жыл бұрын

    Maaloo maali faarfannaan akkanaa! 💔😭🤔🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️👍💪 Boollan itti kufe keessaan ittiin bahe dhugaa😭😭😭😭😭 eebbifami guutuu

  • @SuperJimad
    @SuperJimad23 күн бұрын

    Halleluyaa Ulfinni fi Kabajni isa nuuf du’eef haata’u!! Ebbifami obboleesso!!

  • @AYANTUWOTLCHA
    @AYANTUWOTLCHA17 күн бұрын

    Ebbifami yaa obbolessa kenya waqayyon kan calatti ammalle sii haa jalatu farfanna akkam namatti tolu dhugaa 😢

  • @kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
    @kiiyyasumaabdiinkoojesus54683 жыл бұрын

    Farafaana kan akkati qufun dhabee yeroo hundumaa imimimna koo itt buusaa maolkaa waaqayyo ergaa koo godhe Kara cabba koo naaf fayyisra uuuuuuuuuuu 😭😭😭😭😭😭😭💔💔 like godha mee

  • @zenabunetsenet3767
    @zenabunetsenet3767 Жыл бұрын

    ትርጉሙ ባይጋባኝም ሁሌም ቢሳማዉ ዳስ የሚለኝ መዝሙር"ጉቱ ሽፋራ እ/ር አብዝቶ ይባርክህ።

  • @asteertasfuu3497
    @asteertasfuu34972 жыл бұрын

    Uuuuuuuuufffffffffeeeeeeggggggaaaaaaa gutu Koo waaqayyomti Bara jireenya Kee haa ebbisuu ebbifami ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏

  • @BurtaDare
    @BurtaDare8 күн бұрын

    Goftaan koo sii ebbisu garaa koo ittii boqotaa yeroon farsaa kana dhagefadhuu❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @godisgoodwaaqayyogaariidha3618
    @godisgoodwaaqayyogaariidha36183 жыл бұрын

    Ani sanyii koof argaamni koo as na finne jabinni koo kan sirreese ilaalcha koo maataa abaarsa burksiite nama joora kunuunsite😭😭😭😭😭😭😭😭😭yesuus koo ulfaadhu Dachaan Eebbifami 🎤🎤🎤🎻🎻🎻🎻

  • @apdateg5439
    @apdateg5439 Жыл бұрын

    This song evokes memories of a deeply challenging phase in my life, a critical time when I had to discern true allies from the rest, contemplate life's purpose, and grasp the essence of what truly matters. Those moments remain etched in my mind, as they taught me invaluable lessons.

  • @user-fr1re6qt8k

    @user-fr1re6qt8k

    7 ай бұрын

    Yes, it right certainly does...

  • @Eebbisafiqaadu

    @Eebbisafiqaadu

    7 ай бұрын

    Irraa deddebi"een Dhaggeefadha Hin qufuu Hin nuffu keessa kooti Faarsa

  • @getandalezeleke8220
    @getandalezeleke82202 жыл бұрын

    This song reminds me of a turning point in my life. You are a blessing brother! Much Grace Guutu!

  • @bonigudeta
    @bonigudeta Жыл бұрын

    Otuu Yesuusiin hin taanee , aniyyuu nama har'aa hin ta'un ture!!!

  • @diboramucaawaqayyooxilaahu1281
    @diboramucaawaqayyooxilaahu12813 жыл бұрын

    uuuuuuufffffffffeeee Ameeeeni ameeeeni ameeeeni ameeeeeeeeni Waqayyoon waqaarra sii haa ebbisu ebifami F /Gutuu !!

  • @nardoskoy
    @nardoskoy3 жыл бұрын

    Galgalli gaddaa yeroo dheeratu Waan jiraatan hin fakkaatu Firri akka har’aas hin baay’atu Harki na yaadate sumaa tasa hin taane yaadni hamaa

  • @DrNafyadGetuOfficial
    @DrNafyadGetuOfficial2 жыл бұрын

    Stay blessed!

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    2 жыл бұрын

    Galatoomi Doctor

  • @nadanabil41

    @nadanabil41

    7 ай бұрын

  • @Gracemedia1234
    @Gracemedia12343 жыл бұрын

    An sanyii koof argamnikoo as nan fidnee jabinnikoo, kan sirreesse ilaalchakoo mataa abaarsaa buruqsitee nama jooraa kununsitee" "Galgalli gaddaa yeroo dheeratuu, waan jiraatan hin fakkaatu, firri akka har'aas hin baayatuu".

  • @feeneetyoomiikoo4444
    @feeneetyoomiikoo44443 жыл бұрын

    Utuu sin taane an nama hara'an ta'u,😭😭😭 dhugaa faarfattee ,bayyee itti eebbifame , eebbifami

  • @godisgoodwaaqayyogaariidha3618
    @godisgoodwaaqayyogaariidha36183 жыл бұрын

    uuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭maalo farfaanna akkamiti guutuu dhuguman dibanni waaqayyo sirra jira barri jireenya kee haa Eebbiisu mucaa kakuu darbii faarsi dhugaa farfaanna kana dhageffadhe quufun dadhabe 🙏🙏🙏😭😭😭

  • @soolankebede3482
    @soolankebede34823 жыл бұрын

    WOW Jechoota Farfanaake Sagaaleeke waan Hundaan waaqni Ebbise si dibee jiran Ebbiffami Gutishaa Jechoota Farfanake gafaa hunda Gafaan dhageefadhuu Hafuuran Liqifamani ati dhugumani dubbitan Farfata nuu jiradhuu gutishaa si jalaana❤❤

  • @user-wp7uk3yz3q

    @user-wp7uk3yz3q

    21 күн бұрын

    Ameen Ameen Ameen 🙏 ebifamii dacha dacha gooftaa yesuusi sii haa ebisuu ❤

  • @fenaankj1392
    @fenaankj13923 жыл бұрын

    Uuuuuuffffeeee Ameeen Ameeen Ameeen Eebbifamii dacha dacha muca dibata kan caalati ayyaani waaqayyoo sif haa baay'atu Eebbifamii👏👏👏💗💗💓💓☝

  • @baruchtube7779
    @baruchtube77793 жыл бұрын

    Waaw guutuu Baga nagaadhaan deebite. Gooftaan bara kee haa eebbisu

  • @NTube619
    @NTube6193 жыл бұрын

    Guutuu Koo barri kee haa eebbifamuu. Gooftaa ammas ayyaanasaa siif haa dabalu.

  • @asnqechshumye9852
    @asnqechshumye98523 жыл бұрын

    Ameen Ameen ebbiifami guuta koo farfana kee baayee jaaladha

  • @gutushiferaofficial4089
    @gutushiferaofficial40893 жыл бұрын

    Galatomaa

  • @bontuuyubtube1838

    @bontuuyubtube1838

    3 жыл бұрын

    Ameen Ameen.ebifaamaa

  • @oromiyaaqaccee1399

    @oromiyaaqaccee1399

    3 жыл бұрын

    God bless your Ministry

  • @girmagonfa574

    @girmagonfa574

    3 жыл бұрын

    Gutu Shifera Official Otuu sin taane an nama harr'a hin ta'u(#) Goddaa Guddaa eebbifami tarii farfannaan dhandhamadhee qoofuu dadhabeedha guyyaatti al meeqa akkan dhageeffadhu hin beeku. dabalee dabalee Gooftichi ammallee dachaan si haa eebbisu!!

  • @tamiratbekele3325

    @tamiratbekele3325

    3 жыл бұрын

    Very goos

  • @mergitudereje6500
    @mergitudereje65003 жыл бұрын

    Farfana dhageefadhen qufne uuuuuuf eebbifami ammale ayyana kana caluu si ha argatu

  • @GuyoGalgalo-sc2fc
    @GuyoGalgalo-sc2fcАй бұрын

    Waaqayyoon si eebbisu❤

  • @oromogospelsong4774
    @oromogospelsong47743 жыл бұрын

    DHUGAAKEE.... ameen Eebbufami Gutu

  • @lidiyaacimdesaa530
    @lidiyaacimdesaa5302 жыл бұрын

    Ameeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeen ebifami Mucaa kakuu

  • @diboramucaawaqayyooxilaahu1281
    @diboramucaawaqayyooxilaahu12813 жыл бұрын

    Mataa Abarsaa burkisitee Namaa joraa kununisitee halalluuyyaaa My God bless brother

  • @bstiktok7892
    @bstiktok789211 ай бұрын

    Ammayyu Farsaa Duri Nuf Gadi Dhisaa Maalo Eebbifamaa

  • @user-vb5nv7kn1d
    @user-vb5nv7kn1dАй бұрын

    Ebbiffami dhugaa w/yyoo sif haa ebbissuuuu 🎉🎉🎉🎉❤

  • @seemborak6238
    @seemborak62383 жыл бұрын

    Soo si tannee silaa Yesu koo dhugaadha Anoo nama har.aa mitti nafi ulfaadhuu waaqayyoo koo farsaa lubbuu koo itti boqootee g koo ebbaa ta.ii bro koo❤️

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta12462 жыл бұрын

    Eebbifami Ilmaa Jabaa. Farfannaa baayyee sirraa eegaa jira.Jabaadhu.

  • @seemborak6238
    @seemborak62383 жыл бұрын

    Ammmen uuuuuuuuuuuffffiii gutiyee ebbifamii dachaa darbii demmii Mucaa kakuu Ayyannaa waaqayyoo dachaa Sif haa bayyatuu turii koo 👏❤️♥️💖💟

  • @meet-lw7hm
    @meet-lw7hm3 жыл бұрын

    Farfannaa nama ijaarudha dhugaa😭😭😭😭😭😭😭😭ebiifami gutu

  • @sofibekele5382
    @sofibekele53822 жыл бұрын

    Ammmmmeeeeeeeeen ayyannii ayyanarrattii siif haadabalamuu waqayyoo guyyaa deebisaa dhufee siin dhabiiin uuufffeeeee ameeen ammeen

  • @wabiidagagaa2584
    @wabiidagagaa25843 жыл бұрын

    Ebbiifammii sanyii keenyaa maatii naf ta,aa ordoftoonii Gutuu shiiffee

  • @martaafg6952
    @martaafg69523 жыл бұрын

    Ebbifamii ilamaa kakuu farsanakee hundinuu lubbu nama boqqochisaa dhugaa Ayyaanisaa siifi haa dabalamuu

  • @amanuelimiruatomsa892
    @amanuelimiruatomsa892 Жыл бұрын

    Amen amen. Eebbifami barrikee mana Waaqayyoo keessa haa ta'u.🥰

  • @gammetaye7427
    @gammetaye74273 жыл бұрын

    Best Gutu dhugaa! Ebbifammi bro koo.

  • @kudhametadesa1794
    @kudhametadesa17942 жыл бұрын

    Eebbifami guutuu faaruu irra deddeebee dhagggeeffadhullee hin quufnee

  • @samytamene7711
    @samytamene77112 жыл бұрын

    Aanafilee MAATII NAAF TAA WAQQEEFAN BAYYEEN GAADHISEE JIRAA

  • @getuarg
    @getuarg3 жыл бұрын

    Galgalli gaddaa yeroo dheeratuu, waan jiraatan hin fakkaatu, firri akka har'aas hin baayatuu".Eebbiffamii Guddaa!!!!!!!!!

  • @kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
    @kiiyyasumaabdiinkoojesus54683 жыл бұрын

    Ameeeen Ebiifamii dachaa nuuf jirradhu jaalatam keenya ❣️❣️🙏🎤🎤🎸🎸uuuuuuuuuuu

  • @ewunetubelete6191
    @ewunetubelete61915 ай бұрын

    Faarsaa nama eebbisudha, eebbifami !!

  • @gadisegudata1455
    @gadisegudata14553 жыл бұрын

    Ameen god bless you Ani yeroo hedduu irraa deebiye dhagefadhe baayee itti eebbifamee

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    3 жыл бұрын

    Mastwet Gudata ammayyuu eebbifami

  • @chaltud4543
    @chaltud45432 жыл бұрын

    Ameeeeennn ameeeeeenn galannii Kan keetii waan hundumaayuu eebbifamii

  • @alemayehujaleta1246
    @alemayehujaleta12463 жыл бұрын

    Eebbifami.Sagalee Mararoo bareedaa kanaan daddafii faarfannaa haaraa nuuf baasi Guutu.

  • @kalbakalba7071
    @kalbakalba70713 жыл бұрын

    Gutu Ebbifamii Dhugaa Keetii Ebbifamii Waqayyoo Baraa jirenyaa Kee Yaa Ebbisuu Ebbifamii

  • @nemomsadebisa696
    @nemomsadebisa6963 жыл бұрын

    Iwoud like to say thank you Gutishaa hojii ajaayibaati

  • @arerojateni92
    @arerojateni923 жыл бұрын

    Ameen Eebbifami gutisha horii bulii waaqii bara kee guutu haafura isaatiin sii tisinna lubbuu nu bulii

  • @sinboabdi3839
    @sinboabdi38393 жыл бұрын

    Uuuuuuffe Ameeeen Ebifami Ayyani siif yaa bayyatu

  • @shalomtube6315
    @shalomtube63153 жыл бұрын

    waaqayyoo sii ha Eebbiisu ammaayuu kana caala Ayyaanni goftaa siif ha dabalaamu

  • @eyasutesfaye3701
    @eyasutesfaye37013 жыл бұрын

    Maalan jedhaa...what shall I say...Thanks to GOD, for his work is beyond our thinking and understanding! Sirratti daddabalaa, sirratti haa hafu Gutu!

  • @tomi6213
    @tomi62133 жыл бұрын

    Ebifami gutuu bayyeen si jaladhaa dhugaa 1ffaa dha

  • @KenenisaOda
    @KenenisaOdaАй бұрын

    Uuf maaloo! Waaqayyo si haa eebbisu❤

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf99223 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen goftaan bara kesaan yaa Ebisuu Ebifamaa

  • @addisfetret
    @addisfetret3 жыл бұрын

    "....utuu Si'i hin taanee an nama har'aa hin ta'uu...." tasumaa dhaggeeffadhee quufuu hn dandeenye Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu

  • @biretube5829
    @biretube58293 жыл бұрын

    waqayyooo bara kee haa heebisuu faruu bayee nama boqochisuudhaa

  • @FekaduAyele
    @FekaduAyele Жыл бұрын

    Farfanaa kun Lubukoo haresera. Gutu koo qaaman sin beeku garuu keesa koo seentee boyicha garakoo keessa galte wan koo dubatee. Gooftakoo siaeebisuu……

  • @ababotullu9655
    @ababotullu96553 жыл бұрын

    Waaqayyo ayyaana isaa siif haa dabalu ammayyuu

  • @gamachudachasa24
    @gamachudachasa243 жыл бұрын

    Utuu sitaane ani nama har'a hin ta'u.................. Galgalli gadaa yeroo dheeratuu waan jiraatan hin faakkatuuu........... Dhugaa dha Waaqayyoo sii haa eebbisu

  • @elfineshgeetachoo5441
    @elfineshgeetachoo54413 жыл бұрын

    Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamii barii kee jireenyii kee haa ebbifamuu ❤❤❤❤❤ gutuuuu wanti hunduu sitti hin hirdhaatin

  • @caaliiarsii749
    @caaliiarsii7493 жыл бұрын

    Waqayyoo baayyee isiniyaa ebisuu farfanaa kee itt baayyee itt eebifameee ammni ammmmmmmmmmmmmmnnn ..

  • @seventhdayadventistchurchg2843
    @seventhdayadventistchurchg28437 ай бұрын

    Ebbiifami Ayyaan Goftaa siifa baay'atu

  • @kiyyaahundiinu
    @kiyyaahundiinu Жыл бұрын

    WAAQAYYOO BARAKEE HAA EEBBISU [100X]

  • @biftuaba8238
    @biftuaba8238 Жыл бұрын

    Goftaan guddaa godhee sii haa ebbisuu

  • @berisopetros9994
    @berisopetros99942 жыл бұрын

    BAY'EE EBIFAMEE....GOFTAANI SI EBISUU ❤❤❤❤❤

  • @laniefufa3481
    @laniefufa34813 жыл бұрын

    wwwweooo farsaa nama boqochisuu Eebbifamii

  • @tangiblemiracle9690
    @tangiblemiracle96903 жыл бұрын

    Nama Gooftaaf hojjetu Addasaarraa dubbifama Jabaadhu!

  • @dulaababa3824
    @dulaababa38243 жыл бұрын

    Dhugaadha dhugaa isaa hin haalu Gutu eebbifami mucaa kiristoos

  • @borufgaroma9009
    @borufgaroma90093 жыл бұрын

    nama jooraa kunuunsitee !yulfaadhuu YESUUS .Gutuu keenya eebbifamii

  • @abdiinikoojiratadhaayesusi3704
    @abdiinikoojiratadhaayesusi37043 жыл бұрын

    Ameeeen Ameeeen waqayyo si haa ebisu ebifami Goftaan si jabessuu mucaa kaakuu Guutuu shifarraa

  • @shafajirata7680
    @shafajirata7680 Жыл бұрын

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Guutuun faarfannaa baay'ee faarfateera! Haata'u malee kan akka faarfannaa kanaa tasuma hin jiru! galatoomi bro!

  • @abuabebe4612
    @abuabebe46122 жыл бұрын

    Ameen uuuuuf waqayyookoo ulfadhuu ebbifami gutishi

  • @solomebeyene972
    @solomebeyene9723 жыл бұрын

    Goftaan bara kee haa ebbisu guutuko 🙏🙏🙏

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    3 жыл бұрын

    Solome Beyene eebbifami atisi

  • @wudineshfufa4931
    @wudineshfufa49313 жыл бұрын

    Namaa waqayyoo ammayyuu daddabalii ebbifamii ittiin ebbifamnerra. Afuura fi Dhugaan farfaachuun akkasii

  • @wangariifa3998
    @wangariifa39983 жыл бұрын

    Uuuuuuuf Guutuko maalima si godhuu laata siin baayen si jaalladha waa'eekefis waaqayyon haa galatu

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    3 жыл бұрын

    Wangari Ifa Galatomi baayyee

  • @bayanaoluma8191
    @bayanaoluma81913 жыл бұрын

    Gutu Shifera Waaqayyoo Si haa eebbisuu Dhaggeeffadhee Quufuun dadhabe!!

  • @alexitukoo
    @alexitukoo3 жыл бұрын

    The one and the only Mr Gutu Shifera. Love and respect for you brother. You are a TRUE singer. May God bless you more. Amen!

  • @ShibiruMegersaOfficial

    @ShibiruMegersaOfficial

    2 жыл бұрын

    Achumaan maatii naaf ta'imee tiruukoo

  • @almneshtolesa7560
    @almneshtolesa75602 жыл бұрын

    Dhugumaan farftteeeee shifee waqayyoo dachaa dachaa dinnaa durratii sii haa ebbisuu✊✊✊✊🙏🙏🙏🙏🙏🙏💗💗💗

  • @2TarikuTadese-Obse
    @2TarikuTadese-Obse4 ай бұрын

    Jabaadhu! Gooftaan si Eebbisu!

  • @ebisaasfaw
    @ebisaasfaw3 жыл бұрын

    Yoo irratee irratee, qodaan galatakoo hin irratuu...... Ameen. Ammalle ittuma guuti Guutu.

  • @sembetegaga9364
    @sembetegaga93642 ай бұрын

    Eebbifami Guutuu dachaa dachaa!

  • @ebisaabebe615
    @ebisaabebe615 Жыл бұрын

    Amen, Amen halleluiah, May God bless your Life.

  • @abeyesalatbekalu5402
    @abeyesalatbekalu54023 жыл бұрын

    Oh my god dhugaa rabbii dhagefaadhe quffu dadhaabe bakka argaama koo akkan yaddadhu naa tasissaa

  • @abeyesalatbekalu5402

    @abeyesalatbekalu5402

    3 жыл бұрын

    Ebbifaam gute goftaan ayyanasaa amale dachaan sif habaaysu bro

  • @almewako6613
    @almewako66133 жыл бұрын

    Ameen Ameen yoo hirate hirate qodaa galata koo hin hiratuu uuuuffff goofta jireenya keessan dacha yaa eebbisuu eebbifama

  • @fikaduwondimu2551
    @fikaduwondimu25513 жыл бұрын

    Guutuukoo ammayyuu mannikee haa guutuu

  • @user-rf2cm5cr3t
    @user-rf2cm5cr3t4 ай бұрын

    Waqayyo ayyanna caalatti siif haa baayisu

  • @burte95
    @burte95 Жыл бұрын

    Ammeen ammeen waqayoo si haa ebbiisuu nama waqayoo guuto

  • @kaneyesus2502
    @kaneyesus25023 жыл бұрын

    l have never stopped leasing it. what amazing song!!! stay blessed keep it up....🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ShibiruMegersaOfficial

    @ShibiruMegersaOfficial

    2 жыл бұрын

    Maatiikoo naaf ta'imee tiruukoo

  • @getinettsegaye9104
    @getinettsegaye9104 Жыл бұрын

    Ayyaanaa isaa dachaa dachaa siif haa dabaluu

  • @yonaskeneaministry5036
    @yonaskeneaministry50363 жыл бұрын

    Jechan dhabe Guutuuko. Hammam akkan eebbifamee fi hammam akkan Waaqayyotti gammades ibsuun na rakkise. Naaf jiraadhu! Eebbi, dibanni ulfinaa sirraa hin caamin!

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    3 жыл бұрын

    Naaf jiraadhu Yoonikoo

  • @dejeneguyasa7684
    @dejeneguyasa76845 ай бұрын

    Stay............ God Bless you Keep it up❗

  • @kassahunbekana8874
    @kassahunbekana88743 жыл бұрын

    Waaqayyo ayyaana isaa dachaa siif haa dabalu. Isa namni odeessu dhiisi namni yeroo tokko gadi nama buusa yeroo kaan ol nama baasa. Waaqayyo kee isa si gargaare faarfachuu irraa homtuu duubatti si hin deebisiin.

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    3 жыл бұрын

    Kassahun Bekana eebbifami

  • @habtamubore6900
    @habtamubore69003 жыл бұрын

    Waaqayyo guddaa sihaa eebbisu, faarfannaakeetti guddaa eebbifameera, ameen!

  • @chalebora5111
    @chalebora51113 жыл бұрын

    Amen ameeen man of God bless you more more and all u life 🙏👏👏👏❤❤❤❤I'm really blessed with all u songs God bless you seventh time

  • @romanwelde5303

    @romanwelde5303

    3 жыл бұрын

    Ameeen ameeen ameeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🎤🎧🎻🎻🎹🎷🎺👑

  • @asteertasfuu3497

    @asteertasfuu3497

    3 жыл бұрын

    Gooftan bara fi jireenya kee haa ebbisuu guutuu ati nama ebbifamadha ammayyu caali nama ebbifama ta.ii

  • @vogoromo3050
    @vogoromo30503 жыл бұрын

    Wow Guutuu Eebbifami farfannaa gama hundaan nama eebbisuudha.

  • @lalisatamiru1691
    @lalisatamiru16914 ай бұрын

    utuu sin taanee ani nama harraa hin ta'u. Eebbifami

  • @Jesus_is_Lord_Ever
    @Jesus_is_Lord_Ever3 жыл бұрын

    Waaqayyoo gooftaa koo galanni ulfinii siif haata'u !!! Praise our lord Jesus Christ Son of GOD !!! Osoo sii hintanee ani nama har'aa hin ta'u kan sirresse ilaalchaa koo mataa abbaarsaa burukistee nama jooraa kununistee ...... naaf gootee olmaa danuu kankee narraa hindhumuu siif malaa galatteefamuun... harki nayaadate sumaa tasa hintane yaadnii hamaa Abbaa koo Kirstoos ilmaa Waaqayyoo galanii ulfinii barabaraan siif hata'u. Gutu koo eebbifam.

  • @gutushiferaofficial4089

    @gutushiferaofficial4089

    3 жыл бұрын

    Berhanu Jesus Christ siin illee waaqayyoo haa eebbisuu

  • @Jesus_is_Lord_Ever

    @Jesus_is_Lord_Ever

    3 жыл бұрын

    @@gutushiferaofficial4089 Amen. Attile Ebbifam

Келесі